Тёмный

tup oromoo waedding for Rozaa @Abii 1ffaa congratulations 🎊 

ROZA TUBE
Подписаться 73 тыс.
Просмотров 153 тыс.
50% 1

Опубликовано:

 

7 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 1,2 тыс.   
@bayushnegash529
@bayushnegash529 8 месяцев назад
Rozii bareduu koo bagaa siin gahee namanii akka koo micayyoo tana jalataan like godhaafii ❤❤❤❤❤❤
@sartuuawwal1701
@sartuuawwal1701 8 месяцев назад
Mashaa Allah Dubrii tiyyaafii Sahibaa koo Bagaa ittin isiin Gahee Horaa bulaa mayraa Dagaaga deebana ❤️❤️❤️❤️❤️
@MisSumayaa-rm8jo
@MisSumayaa-rm8jo 8 месяцев назад
Maasha Allah congratulations lubbuu ❤hauzubillaah kulaniin ammoo budenaa tolchuu hin bekkituu saafuudha 🤔
@vipvip-ee3lo
@vipvip-ee3lo 8 месяцев назад
Dhugaa jetee
@user-tj1xr5ko1x
@user-tj1xr5ko1x 8 месяцев назад
😂😂😂😂😂😂
@user-ep3wu5jh8w
@user-ep3wu5jh8w 8 месяцев назад
😂😂😂😂😂😂😂
@binabdallahhamid2930
@binabdallahhamid2930 8 месяцев назад
😅😅😅😅😅😅kulan kkkkkk😢😢😢nyataa godhuu bekituu
@daawidshow
@daawidshow 8 месяцев назад
V😂😂😂
@Hawwiishow1234
@Hawwiishow1234 8 месяцев назад
👑Roziyee queen 👑 too wollaahi bayee sii gammaade bareedu too bagaa gesee dhaloota lamaaffaa kuliyee bareedu too hiriyaa jechuuni akkaana kinuu 😢❤🎉🎉👑Mashallaah 🎉🎉 mashallaah 🎉🎉 mashallaah 🎉🎉 mashallaah 🎉🎉Tabàrakallah Allaahu akkubar
@faridafarida3740
@faridafarida3740 8 месяцев назад
Masha Alha baga Rabbin ittin sigaye bulti barka kayir sif Atuu 🎉🎉
@user-ml4zg5sm9o
@user-ml4zg5sm9o 8 месяцев назад
Mashallaa mashallaa taabarakaallaa congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉👏 roziyee qimamii too 💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋 kulanii argaa tolefii goromsii hin otomuu jedhee oromoo Malii kunii dhalaa akamitii budenaa tolchee hin bekuu adaa kanaafii hotelaa iraa zortaa tuuuuuu 😁😁😁🤭
@Sabontutubee7007
@Sabontutubee7007 8 месяцев назад
Mashaaa Allaah tabarakallaah rabii walifii isinn hadhisuu Aba manaa ketinii congratulations Roziyee ❤❤❤❤🎉 🎉 🎉 🎉 🎉 🎉 🎉 ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Harmefood22
@Harmefood22 8 месяцев назад
Mee matii naf ta.aa ❤❤
@Sinaafbaale525
@Sinaafbaale525 8 месяцев назад
warri J keetii Eega Shaashee tahe atis Shaasheti nu biraa galta ka amma😢😢❤❤🎉🎉🎉🎉❤❤ Baaliyo dhiiftee deemta ka😢 Hundaafuu bultii nagayaa siif ha tahu Rooziyee Horaa bullaa mabruuk J keetis as nuu baasi dafii ka😢🎉❤❤❤
@hawwiijaalmarroo634
@hawwiijaalmarroo634 8 месяцев назад
Mashaallaah congratulations ❤garuu kulaanin budeen tolchuu beetu😮😅
@Oroomoo11
@Oroomoo11 8 месяцев назад
😂😂😂😂😂😂
@hikimatiiraabii9220
@hikimatiiraabii9220 8 месяцев назад
Kkk😅
@fatumat7506
@fatumat7506 8 месяцев назад
Eee Beeyatuu 😂😂
@daawidshow
@daawidshow 8 месяцев назад
Maasha allah baadiyyaa teenya nu dawachiiftan 🎉❤❤ congregations 🎉❤ garuu kuulaniin Buddena tolchuu hin beeytu rakkoo guddoo dirqama baruu qabdi dubartummaa ishe osoo hin hambifne gutachuu qabdi ❤
@HaleemaHa-qf1kl
@HaleemaHa-qf1kl 8 месяцев назад
Mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah ❤❤❤❤❤❤❤
@user-se4jv5nn6t
@user-se4jv5nn6t 8 месяцев назад
Mashallah mashallh
@user-zg4fx1pb1b
@user-zg4fx1pb1b 8 месяцев назад
Wwwwwwww mashaa Allah bareeduu too bagaa gammade roziyee❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@haleemaedris663
@haleemaedris663 8 месяцев назад
Mashaa allah mashaa allah mashaa allah mashaa allah mashaa allah tabarakallaa bagaa gamadee lubbuu tiyaa roziyee❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉
@semirams-vf2lv
@semirams-vf2lv 8 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😊🎉🎉
@semirams-vf2lv
@semirams-vf2lv 8 месяцев назад
❤❤❤❤❤
@user-kz4ek1yp8y
@user-kz4ek1yp8y 8 месяцев назад
Hiriyaa dhugaa jeechun kaana wallaahi hedduu siniti hinafe ❤❤❤Roozi&Kulee❤❤❤❤ hedduu sini jallaadha
@ofiinbontuubalee8409
@ofiinbontuubalee8409 8 месяцев назад
❤❤❤❤❤
@user-hm1qp3hz6s
@user-hm1qp3hz6s 8 месяцев назад
Masha Masha Masha Masha Masha Masha Masha Masha Masha Masha Masha Masha Masha Masha Masha 🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@user-yy2fs2tf2l
@user-yy2fs2tf2l 8 месяцев назад
Yaa Allah hiriyya siifi kulani wal jalattu naaf haa kennu ati immo mabrook hora bula okti tiyya gf oromia gale si bira dhufa 👌🏻👌🏻😍😍
@user-tq1sh6wg1s
@user-tq1sh6wg1s 8 месяцев назад
Masha'Allah Masha'Allah tabarkallaah Alfi mubarkh habibati ❤🎉
@alfiyaawli4314
@alfiyaawli4314 8 месяцев назад
Masha Allah tabarkallah Shashamanee tenaa dhuteee
@fatimaetopia5907
@fatimaetopia5907 8 месяцев назад
Baga rabin sin gaye
@SADUUSHOW
@SADUUSHOW 8 месяцев назад
Mabruk Mabruk Mabruk horaa bulaa Bagaa rabbii ittiin Sii gahee Hamilee gettuu Siif haa Tatauu roze horaa bulaa Bareduu koo❤❤❤❤
@nedhiimohammed3194
@nedhiimohammed3194 8 месяцев назад
Mashaa Allah Congratulations 🎉🎉🎉
@FoziyaBaru
@FoziyaBaru 8 месяцев назад
Mashaa allha mashaa allha mashaa allha mashaa allha mashaa allha mashaa allha bagaa gamadee roziyee tiyyaa mashaa allha hora bullaa umarii dheradha❤❤
@Mrdadytube5160
@Mrdadytube5160 8 месяцев назад
Mashaa Allaah congratulations 🎉🎉🎉🎉
@alimaadam1368
@alimaadam1368 8 месяцев назад
Maa soraarii kuma 10 naanoo sani alafi kessaa sirriitti ibsaa maa galchinee Guyyaa cidhaattif isaa galchii Bagaa gammade Bagaa milkoftee congratulations bareedukoo shashee nu biraa dhufte❤❤❤
@hikmaamohammed4040
@hikmaamohammed4040 8 месяцев назад
Congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤
@sumaya5765
@sumaya5765 8 месяцев назад
Wl wr wb mashalla mashalla welcome umata jalala jabdha wali jabesa Alhaduli roziye ko baga gamde congratulations 🎊 👏 💐 🥳 hora bulaa lama taa cisaa sadii taa kaa ❤❤❤❤❤love you 😍 kulee baredu tiya mashalla
@Haanichoo
@Haanichoo 8 месяцев назад
Kulaniin babaredee demuu malee bidenaa tochuun beytuu🤔🤔🤔
@AlhamdulillaahSumaaAlham-ze9se
@AlhamdulillaahSumaaAlham-ze9se 8 месяцев назад
Bagaa ittin si gahee hadhoo koo bultii kheyrii isnif haa godhuu horaa bullaa ❤ Mubarak🎉❤
@mdiikmaa2147
@mdiikmaa2147 8 месяцев назад
Mashaalh mashaalh tabarkalaa roziyye bagaa tabbin ittin si gayee qali too❤❤❤❤❤
@user-yi6tg1bg2d
@user-yi6tg1bg2d 8 месяцев назад
Congratulations 🎊 👏 sena yero biyaa jiru na yadachifte😢😢❤❤😊
@Suusiyye
@Suusiyye 8 месяцев назад
Wwwww maashaa Allah maabruuk rooziii Hireee hin hammaraatani bakka rabbii namaaf qoode dhaabbatanin dhugaadha Muktariin morkattee sila kkkk🎉🎉🎉🎉🎉🎉 Sii gegeessa maanni kee essaa👏👏
@Siffan-oi9el
@Siffan-oi9el 8 месяцев назад
Mashaallaa mabuurukii Rozaa amlaa qabetiti too bagaa gamadee 🎉🎉🎉🎉🌹🌹🌹🌹🌹🥰🥰🥰🥰🥰Asumaan bagaa Arsii too dhuftee shashee biyyaa koo💋💋💋💋💋
@BoharsituAbrahim-fp1xh
@BoharsituAbrahim-fp1xh 8 месяцев назад
Maashaa allah heerumaa gaari siif haa tahuu lubbu garuu kullani maali garuu tolchii buusi biddena nu qanyeesini dubrii hararbhundi akkan. Nuun jedhaani🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@zainabtzainab8839
@zainabtzainab8839 8 месяцев назад
Kulaanii hiriiyaa dhugaa jechuu akanaa wly rabii walii umrii isnii haa dheresuu ishaallaa 🥰🥰🥰🥰🥰hiriiyaa Akaa hiriyaa kotii qabdaa🥰🥰🥰
@maliaasabet1320
@maliaasabet1320 8 месяцев назад
Mashaaa allaa mashaa allaaa mashaa allaaa mashaa misikaan tiyyaa bagaa rabbiin sii milkeessee wly rabbiin namaa obisaa qabuu laffaat hin gattuu wly horaa bulaa hiriyyaa tee kulaans rabbiin haa milkeessuu Ishaa allaa
@sarahsarah3739
@sarahsarah3739 8 месяцев назад
❤❤❤bagaa ittin sii gahe ruuziyee garuu sirbaa dhiftee osoo nashidaa banatani baredaa alfaa maburuuk qashtiyee baalee❤❤❤🎉🎉
@user-ue1ro8oz8x
@user-ue1ro8oz8x 8 месяцев назад
Mashaa Allah rozii to baga gamadee congratulations 🎊 onee to aka si jaldhu wly Amala qabetiii mucatii❤❤❤
@alimaadam1368
@alimaadam1368 8 месяцев назад
Wowow masha Allah tabarakhallah Hedduu namati toltaani woliif isiini haa dhiisuu Woggaa kumaa wojjiin turaa Congratulations bagaa gammade bareedukoo ❤❤❤
@zaruutubi
@zaruutubi 8 месяцев назад
Masha allhaa taabrkllhaa baga ittn sii gayee mami roo tiiya sii dubisuu barbdaa ani esan iss argadhaa ani ijolee shashetii
@user-wi6it5xk3s
@user-wi6it5xk3s 8 месяцев назад
Mashaallaa mashaallaa kulee &rozaa 😍😍😍😍🥰🥰🥰🥰🥰hiriya dhugati isini hiriyani dhalaa dafte gargari fagati isini garuu mashaallaa rabini wolini isini haa jirachisuu umrii dhertu K&R isini jaladha rabifi jechaa 🥰🥰🥰🥰🥰😍🥰🥰🥰😘😘😘😘💕💕💕
@zeynabhaji1717
@zeynabhaji1717 8 месяцев назад
Baga guyaa kana getee ,Namni obsee waani bayee Argataa mabruukii❤❤ Ati
@Sumayyaa33
@Sumayyaa33 8 месяцев назад
Maashaa Allah Maashaa Allah mabruuk Alfi Mabruuuk Alfi Rooziyyee horaa bulaa ❤❤❤❤ hayi jiruu wy shamarran gurguddoon hin jirtu biyya keessa xixiqqoo malee miinzee😢😢❤❤
@fozahebo1884
@fozahebo1884 8 месяцев назад
Mashalah tabarakalah horaa bulaa baga garaa shashee nuu dhuftee Rozaa bareduu too❤❤❤❤
@halaa.gammadaa4846
@halaa.gammadaa4846 8 месяцев назад
Maashaa'a allaah mabruuk roozii koo baga gammadde wallaahi atiin tun hedduu na mararta rabbiin gammachuu fiixa baatu siif haa godhu❤❤
@DursituuXayyiib
@DursituuXayyiib 8 месяцев назад
Mashaa Alaah Rozii thiyaa Rabbiin wajiin umrii nuf dheraadha🎉🎉🎉
@goobetura627
@goobetura627 8 месяцев назад
Bagaa itinii si gayee roziyee tiyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ wollahi bayee si gamadee biyaa kena dhufuu ketilefii❤❤❤
@user-hl7yq3rp9z
@user-hl7yq3rp9z 8 месяцев назад
Mashaallaah ❤❤❤congratulations rozaa saanyi tiyaa gayilaa gamachu kani gudini sifii haa ta'u horaa bulaa❤❤❤
@user-dj7um8vz4f
@user-dj7um8vz4f 8 месяцев назад
Mashaaaaaalllh mashaaaaaalllh mashaaaaaalllh mashaaaaaalllh mashaaaaaalllh mashaaaaaalllh Tabarkaaaaallh Rabbii bagaa ittii sin gahee
@user-rv2br8oz6w
@user-rv2br8oz6w 8 месяцев назад
Masha Allah Tabarakallah bagaa ittiin sii gayee wally sababa tokkoo malee sii jaladhaa 🎉🎉🎉❤
@jamilajimmaa358
@jamilajimmaa358 8 месяцев назад
Mashaa Allaah Bagaa Rabbiin ittiin si gahee Bareduu ko Roziye Mabruk ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@daraartu
@daraartu 8 месяцев назад
Maashaallah maashaallah maaburkii Roziyee❤❤❤
@yusraatubeak3090
@yusraatubeak3090 8 месяцев назад
Congratulations 🎉🎉rozayee yeroo maraa sin dawadhaa garuu hin baresuu malee❤❤❤❤
@ummumuhannan3465
@ummumuhannan3465 8 месяцев назад
Mashaa Allaah Mashaa Allaah Rabbiin ittiinsigahee gahilaa gariii sif hatahuu Roziiyee
@aaishaadam2860
@aaishaadam2860 8 месяцев назад
Maashaallah maashaallah tabarakallah guyyaa cidhaa keetii youtubaaroota akka ummu kaanus faa.a Affeertu Abdi qaba 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-nd5ji1xq6p
@user-nd5ji1xq6p 7 месяцев назад
Mashallaa garuuu duraa ojii kushinaa barii jabadhuu malii bukoo nyachiftamoo
@rehimaoromoo1236
@rehimaoromoo1236 8 месяцев назад
Masha allhaah bareedu koo baga itti sii gahee biyya koo nuf galte rozii ❤❤
@HiikmaaOrotube
@HiikmaaOrotube 8 месяцев назад
Mashaa Alhaa Mashaa Alhaa Tbrk i🎉🎉❤Congratulations 🎊 Roziyee qashitii too Rabbiin waajiin sii haa bulchuu horaa bulaa Dammaa too 🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
@MuhammadBayaan-hk6nl
@MuhammadBayaan-hk6nl 8 месяцев назад
Mashaa Allah congratulations 🎊🎉🎈 baga gammade🎉
@user-kh7we8rr5x
@user-kh7we8rr5x 8 месяцев назад
Wl wr wb jira jirtu naaguma Maasha allaahaa baaga naagan jirate Rozaa Maasha aallaaaha Maasha allaahaa Maasha allaahaa taabarakallaaha mabruk mabruk mabruk mabruk ❤❤❤❤❤❤❤
@user-cv5oh6op7p
@user-cv5oh6op7p 8 месяцев назад
Mashaallah mashaallah mashaallah mashaallah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-ub4rr8wv1q
@user-ub4rr8wv1q 8 месяцев назад
Masha Allah mashaa Allah baga gammade roza mabruuk Alfi mabruuk
@Sinaafbaale525
@Sinaafbaale525 8 месяцев назад
wowo maasha allah baga gammade Roozaa🎉🎉❤❤❤❤ Intala baaliyo
@zeytunaaahmed7264
@zeytunaaahmed7264 8 месяцев назад
Mashallaah Allah tabarakallaa maburk alifii maburk bagaa gamadee congratulations ❤❤❤❤❤❤
@naafiiadam2337
@naafiiadam2337 8 месяцев назад
Mashallah mabruuk horaa bulaa woliin turaa congratulations R. 💝A🎉🎉❤❤❤❤
@ajmanuae6940
@ajmanuae6940 8 месяцев назад
Wwwwww maashaa allaah Maashaa allaah mashaa allah bagaa gamadee sanyii koo heduu sif gamnee waallaah maabruukii ❤❤❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@zainabtzainab8839
@zainabtzainab8839 8 месяцев назад
Congratulations 🎉🎉bagumaa rabii sii gaamachisee rozii to wly gamachuu kakee gamachu kenaa🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🍬🍬🍬🍬🍬🍬🍬🍬🍬
@tamiimaa4924
@tamiimaa4924 8 месяцев назад
Maashaallaa lubbuu aniilee shashamaannee galaa kottuu milkii garii sii haa tuu
@aminaoromoo4424
@aminaoromoo4424 8 месяцев назад
Masha Allaah Tabarakkkaah baga itinsigayee Rosiyee mobruuk 🎉🎉🎉🥰🥰🥰🥰🥰🥰❤❤❤❤💞💞🌹🌹🌹💌💌💌💌
@shagituaman8280
@shagituaman8280 8 месяцев назад
Maashaa Allah tabarakallah rabbin baga si ijaare rooziiye ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤Jaarsii kee meeti lubbu ❤
@Samsung-kg5bt
@Samsung-kg5bt 8 месяцев назад
Roza congratulations ❤bidena kulani subahanallah Allah 😢🙆🏻‍♀️
@Hawwiishow1234
@Hawwiishow1234 8 месяцев назад
Yaa Addaa Arsii warqiidha 🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤badiyaa too bareedu
@fatiafatia1280
@fatiafatia1280 8 месяцев назад
Mashaa Allah ❤️ mashaa Allah congratulations 🎉👏 rozayee Shashee tanaa nuu herumtee❤️❤️❤️❤️❤️💋💋💋💋💋💋
@user-wj6bj2ew6w
@user-wj6bj2ew6w 8 месяцев назад
Mashalhaa mashalhaa roziyye wlh heddu sif gammadde mabruk 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤
@imaanmuyee4013
@imaanmuyee4013 8 месяцев назад
Maashaallaah Tabarakallaah Roziyyee bultii gaariii❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉❤❤❤
@sartuuawwal1701
@sartuuawwal1701 8 месяцев назад
Maashaa alhaa horaa💍💍 bulaa mayraa dagagaa bagaa gamaadan guyyaa kanaa arkitaan dargaggoo biqilaa Mahmad fi durbee janaati jamaal maashaa alhaa horaa bulaa guyyaa gamachuu tesaanii💔💔💘
@user-kh7we8rr5x
@user-kh7we8rr5x 8 месяцев назад
Kulanin bidena tolchu hinbektu 😂kkkkk Kulani siresi tolchi bidena😂😂❤❤❤❤
@Asterabera-chanali
@Asterabera-chanali 8 месяцев назад
Congratulations ruzii gayi'ilaa ebbifamaa siif haa ta'uu ❤❤❤❤🎉🎉🎉
@halawiyamuhamad5501
@halawiyamuhamad5501 7 месяцев назад
Mashaa Allaah taabarakallah baga Rabbiin itini sii gayee Mashaa Allaah taabarakallah ❤❤❤
@seenaasufiyaan907
@seenaasufiyaan907 8 месяцев назад
Maashaa Allah ❤❤🎉❤❤ Maashaa Allah ❤❤🎉❤❤ Mabruuuk rooziyeeee❤❤❤🎉🎉❤❤buultii gammachuu raabbii siif haa tattuu❤❤❤❤❤❤
@zetunaqufa4998
@zetunaqufa4998 8 месяцев назад
Mashallah Mashallah Mashallah Mashallah Mashallah Mashallah 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 Roziyee baga rabbii itti sii gayye ❤❤❤❤❤❤❤
@faiza746
@faiza746 8 месяцев назад
Congratulations baga itti gesse lubbu guyya nikah keti ♥️♥️♥️☺️🇪🇹🙈💯💯💯💯🤲🤲🤲
@jemalabdulkadir6079
@jemalabdulkadir6079 8 месяцев назад
Arsii shaashee heerumte jechuu maasha Allah inii esa jirrata
@aluumucatiworaaarsiiloveor2810
@aluumucatiworaaarsiiloveor2810 8 месяцев назад
Rozii koo mashalh gafaa galee shashee sitii dhufaa ok ❤❤❤🎉🎉🎉
@yaaallahaa712
@yaaallahaa712 8 месяцев назад
Mashaa allahaa rozaa habiibtii bagaa gamadee bagaa guyakanan siigee❤❤❤❤❤
@oromiyaa1542
@oromiyaa1542 8 месяцев назад
Maasha allaah tabaarakallaah congratulations 🎉🎉🎉❤❤❤❤❤ rooziyyee baga ittiin si gahe❤❤❤❤
@user-ot5vu6uv4y
@user-ot5vu6uv4y 8 месяцев назад
Mashaallhh baga.gamddee Ruziyyee maburk❤❤❤❤❤
@user-mz9qd3zf9m
@user-mz9qd3zf9m 8 месяцев назад
maashaa allah roziyyee too mabruuk alf alf mabruuk ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤👰💍👑
@user-go9qn9sx1r
@user-go9qn9sx1r 5 месяцев назад
Yaa waqa ijjoĺlee kana gargar baftee walliti debbisii😢😢😢😢 R &k❤❤❤❤❤
@ashaa5771
@ashaa5771 8 месяцев назад
Mashaallah Mashaallah Mashaallah Mashaallah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Mashaallah Mashaallah 💯 Mashaallah 💯 Mashaallah
@hawiiisimaili2934
@hawiiisimaili2934 8 месяцев назад
Mashallaa tabarakalaa roziyee ❤❤❤❤❤ budenii kulanii budenaa tayee to fakataa 😂😂😂😂😂 isinii lachuu hinii jaladhaa ❤❤❤❤❤
@UMMUAJAB
@UMMUAJAB 8 месяцев назад
mashallah Tabarakallah Cidha gaari baredduko barakallahu lakuma wobarak Aleykuma wojama'a beeynakuma fiikeeyr Baga Guyya dhalota keeti lammaffa gesse.hora bula
@user-fx6kt9xt2q
@user-fx6kt9xt2q 8 месяцев назад
Malif bede tolchuu hin bekuu moo❤❤❤congratulations ❤cidaa
@ashaamilkeso1773
@ashaamilkeso1773 8 месяцев назад
Mashalla Allah mashalla Allah tabarakalh Mubarak bagaa gamadee luubbuu tiyaa rozaa
@Hadiyaa366
@Hadiyaa366 8 месяцев назад
Rozaa mee fidiyoon lamafaan sii egaa jiraa❤❤❤
@GsffDfgg-bg3dd
@GsffDfgg-bg3dd 8 месяцев назад
Mashaallah mashaallah Allah bagaa rabbiin nagayaan isiin woliin gayee
@zabibajamal4955
@zabibajamal4955 8 месяцев назад
MashaAllah bagga rabbi si milkeese qaali tiyya❤
@azizaaziza5919
@azizaaziza5919 8 месяцев назад
Masha allh tabarakalaa Rabbiin waliin umrii isiin haa dheereesuu kaa ishaa Allaha 🥰🥰❤❤❤💯💯
@aloveanas
@aloveanas 8 месяцев назад
Mashaa Allah Roziyee Baga Gammade Sanyii Too❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@aslitube4541
@aslitube4541 8 месяцев назад
Maasha allaa tabaarakkallaa rabbiin waliin isin haa bulchu ❤❤❤❤❤
@MohdjadIshnaneh
@MohdjadIshnaneh 22 дня назад
Maashaallaah maashaallaah maashaallaah maashaallaah maashaallaah maashaallaah maashaallaah maashaallaah ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️ Baga ittiin Si gahe rooziyyee
@user-yp6yd3fc8u
@user-yp6yd3fc8u 8 месяцев назад
Mashaalh baga rabbin ittin si gahe rozi bayyen si gammdae
@aishaaisha3630
@aishaaisha3630 8 месяцев назад
Mashaalla Mashaalla tabarakialaa mubuuruki mubuuruki mubuuruki hora bula dini dunyiiya milkaya inshaala
@medinaalharban-zf4rk
@medinaalharban-zf4rk 8 месяцев назад
MashAallaah MashAallaah tabrkaaa Rabbini bagyaa gamadee❤❤❤❤
@kuzetube6043
@kuzetube6043 8 месяцев назад
Masha allha maburuk Rabbin bulti baraka siif haa godhu
Далее
Sagantaa Khatmii Artisti Feessee Hundarraa
29:38
Просмотров 22 тыс.
Аруси Точики ❤️❤️❤️
00:13
Просмотров 389 тыс.
Новый хит Люси Чеботиной 😍
00:33
top Oromo wedding For Rozaa #Abii video 2ffa
12:57
Просмотров 58 тыс.
marqa aadaa walin haa laalu
7:54
Просмотров 9 тыс.
Baga Rabbi nagayan si hike Ayaan#marrushow
13:04
Просмотров 43 тыс.
Rozan maltuu mudatee oromoo😭😭😭😭
10:45
Просмотров 32 тыс.