Тёмный

Uffata Baasnaan Amanuun Dadhabe 

Gemmechis Teshome
Подписаться 30 тыс.
Просмотров 6 тыс.
50% 1

Опубликовано:

 

24 окт 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 93   
@bashoBabsa
@bashoBabsa День назад
Isaan lachuu sif hin ta.aanni isan lachuu wajin dubi dhisi wayye isanni hin yadunni jirenyaa garaa biraa egali
@abdusalemahmed77
@abdusalemahmed77 14 часов назад
Innii jalqabaa kaa sii gattee Innii lammaffa jaartii qaba bulti Akkumma arraa san niin hiika kootu siin jauuttii gaafa sii fuudhes yoo taa birraa arkee akkasummattii sirraa fuudha dhiisi isa lammaffas Hojji kee hojjadhu isaa bultiif ta'uu kaa sammun bilchaata jireenya kee jabbeessuu eegadhu abshir rabbii wajjin qashtii tiyya madaan kee akka hin yaadanne
@ElsabetA-x9k
@ElsabetA-x9k День назад
Lamman jaraa faana iyyuu hin jiraatin! Mucaa kee guddifadhu kana booda waa'ee dhiiraa dhiisii!
@HuruutaaTube
@HuruutaaTube День назад
Matii naa tahii gifitii koo😢
@احمدمحمد-ظ8ص5ح
@احمدمحمد-ظ8ص5ح День назад
Isaan lachuu itti hin dhiyaatin dhiirabiraa rabbi siif haa hiriruu
@KololeYesus
@KololeYesus День назад
Dhisii laaman saniyuu waajin hin jiratin jirenyaa gaarii siif hin ta'uu
@AboAdugna
@AboAdugna 14 часов назад
❤❤❤❤❤ dafee na hin gaaluu
@abababiranu
@abababiranu 23 часа назад
Yaa obbolletikoo laman isaaniyuu siif hin ta'ani. Mana namas hin digiin maliif yoo har'aa mna nama digdee bor waqyoo manakee digaa. Ati jalqabumayyuu hojii sirri hin hojenee. Kanaaf darbii nama bira herumii. Mucakee garuu gargarii
@abrasedeme3153
@abrasedeme3153 День назад
Bagaa nagaa dhuftee gamee keenyaa ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🌹🌹🌹🌹
@samiramuhammad4187
@samiramuhammad4187 День назад
Oromo rabbii jedhaa lakkosaa gamme na kenna
@ZaharZAHAR-rd7xy
@ZaharZAHAR-rd7xy 21 час назад
Hayiii jirruu shamaran wolahi bayyee nama gadisisaa yoo caraa argatee daimaa kee fudhadhu gudifadhuu akkuma ati hadhaa fi abbaa dhabuun midhaa hagana gahuuf sii saxilee daimaan Kee rakkoo kessaa galuu danda.aa kesatuu yoo dubaraa tatee arsaa barbachisuu kafali daimaa sanii gudifadhuu yoo dhirraa tatee homaa hin ta.uu rakatulee guyyaa tokkoo kessaa bahaa nama birrati herumii lamaan isanituu dhisii
@zamzamz6773
@zamzamz6773 День назад
Laman isaan dhiissi abba mana kee duraa isaa gaafa atti fayya dhabde sii gatedha inii lamatas buliti qaba bodda sii dhisse gara hadha mana isaa debbi'uu. Danda'a
@JESUSSONOFGOD-lr4bk
@JESUSSONOFGOD-lr4bk 22 часа назад
Ani yaadaan siif qabu lachuyuu dhisuu qabda inni biran maattii kee barbadii qoradhu bira gahii tvn irraatti bahii dubadhuu tarii maattiikeyu ni hargata garuu mucake gafaa galtuu gudhadhu akkuma ofiike guddattetti hin guddisini mucakee kununsii❤
@KennaaGalaanaa
@KennaaGalaanaa День назад
Lamaan isaanii dhiisi ,kan biraa heerumii isaanii 2nuu siif in tahaan kun yaada kiyyaa😢 Amma hundu qarshii keef ,mucaa kee qofaa gargaari,hojii mataa kee hojjedhu irraa fagaadhu❤
@Alam-cf7ku
@Alam-cf7ku 21 час назад
Lachuu waan siif ta'an hin fakkaatu jalqabaa inni yeroo ati rakkaate karaatti sii gate boru akka akkas hin gonne ragaa maalii qabda 2ffaa immoo dhiiri haadha mana isaa dhiise sii bira dhufe boru sis dhiise dubartii bira biraa deemu hin dhiisu handaa caala immoo osoo sii jaalatte yeroo sanaa mana dhiise sii wajjin tura ture
@sudiuae3502
@sudiuae3502 23 часа назад
Laman isini dhisi hin fayyadanu kan jariiti isa sif jecha dhise boru dubarti bira tif jecha si dhisa kan dhukubsanan karatti base si gatee boris wan si mudatuu wan hin bennef bulttin akasii kun sif hin maluu carra garin si hawwa jajabadhu😢
@yusraoromo6322
@yusraoromo6322 День назад
Uufff seenan kee gara nama nyataa akka kiyyati jara lamaniruu fagadhuu sin jedhaa lamanuu sifi hin ta'aani yoo dandechee ilmoo tee iraa fudhii gudifadhuu caran si mudatee ilmoo tee akka hin mudaanee abba mana rabiin sifi qodee hin dhabduu bultii rabituu namafi keena jirenyaa tee haftee Rabii sifi haa milkessuun abdii tiyya ❤
@QarreDambi
@QarreDambi День назад
Abba ilmo keeti siif wayya 😮
@TijiiMosisa
@TijiiMosisa День назад
Laman isaniyuu dhissii kan waqaayyoo siif kenne wajiin jiradhuu obbollettii koo
@SimonsDaibbai
@SimonsDaibbai День назад
Obboleettii keenya seenaa nuuf qooddeef galatoomi kanan siin jechuun jaalladhu akka kootti abbaa daa'ima keetii in deebiin kuni yaada kooti isa haadha manaa qabu immoo waliigalteedhaan waliin achuu yoo dandeesse isa duukaa jiraadhu kuni yaada kooti abbaa daa'ima keetit deebite taanan rakkoon maatii sana keessa jiru ammas afaan ulfaataa ta'eefuun egaadhuma keetiin jireenya garabiraa jiraadhu😢😢❤❤
@ismaelamaan1463
@ismaelamaan1463 День назад
Laman isanituu dhisii abban ilmo ketiis akkuma atti jete bakka rakkatetti osoo du'utelle si gatee Kunis osoo haadha warra qabu sitti galu egalee lubbun akkuma baratee gaaf haadhaa warraa si godhate sille dhisee tama biratti gala kanaf jirenaa kee akka harawatti egaluu nama harawaa waajiin bultii kee dhabadhuu akka ilmo qabdus maalumaa kee hundaa itti himii
@RomanHassan-g8d
@RomanHassan-g8d День назад
Lachuu sin baasanuu dhiira biraa barbaaddadhu oboleettikoo inni Abbaa mucaa kee akkauma kaleessa si dhukkubnaan si dhiisee deeme boris gaafa rakkoo wohii sirra gahe dandiiirratti si gata inni bulti qabummoo akkuma worraa isaa sana dhiisee Boris si dhiisuu dandaha bultii namaa diiguunis gaarii miti lamaan jaraarrayyuu fagahadhu siin jedha akka yaada kootti
@nugusug5949
@nugusug5949 16 часов назад
Kanuma jolee qabuu sanitii herumii😊😊😊
@Hababaye
@Hababaye День назад
Laman isani dhisi hadho ko inni ijjole sadi qabu Kun bor osso waliti butani isheti debie gala ijjole walira qabu 2n isani dhisi jedhe an😢
@JJn-er5xh
@JJn-er5xh 23 часа назад
Lamanii isanii dhiisii
@wffdffg2490
@wffdffg2490 День назад
lamanuu dhiisi bulltii namaa diigdee itti hin herumini boru waan sirra Gahaa hin beektu
@SimonsDaibbai
@SimonsDaibbai День назад
Daa'imni kee iyyaafattee akka ati jirtutti dhugaadhaan si'a gaafattu ati garuu marii sanatti hin deebiin kanaan duraa si baaseera
@xajjeetube4778
@xajjeetube4778 День назад
Bagaa nagaa dhuftee gamee ❤❤maliif badee moo ana biraa hin qophii kee
@زينبامانو
@زينبامانو День назад
abba mana ketti debbii jirenya nama hindigini 😢😢😢😢
@firewotsalamon
@firewotsalamon День назад
Lamanuu dhisii caraa garaa biraa barbadadhuu kesayuu abbaa ilmoo ketii itii hin debin namaa guyaa rakoo sii gatee borusii sii gataa
@HuruutaaTube
@HuruutaaTube День назад
Well come gamee ❤❤❤❤ matii naa tahaa jolee oromoo❤😢
@Hawi-tube
@Hawi-tube 21 час назад
Laman sanitu dhisi hiree gara bira barbadadhuu obboletti koo bultti nama digunis cubbudha abban mana kee duranis yero dhukkubasatte dandirratti kan sii gate yero fayya qabddu qofa sii barbada kanafu bodumafu abddin qabu wan ta'ef dhisi itti hin debi'in
@alem3523
@alem3523 День назад
Lachuu dhisii namaa biratii erumii ati
@GalaniEthiopia
@GalaniEthiopia День назад
Aba dhaalaa ketii faana jirrdhuu 🎉❤❤
@BontuDejene-l9k
@BontuDejene-l9k День назад
Namin in dogogora dhifama godhifi abba muca keef cara sin mudate boru muca keelle mudachu danda.a wani ta.ef yookii muca kee fudhu yoo sif keenee fudhu irraa fagadhu jiradhu😊
@MadiSiraj-id7fl
@MadiSiraj-id7fl День назад
Lamani sani yuu dhisii oboletii koo sanyoon kee mati qaba abban mana kee moo atii rakatee nani si gatee dandiraatiii lamanuu sin ta,ani tolee
@Asd-j6h
@Asd-j6h День назад
Lamani jaraati iyyuu hin debinii
@FfCfg-z5k
@FfCfg-z5k День назад
Laman saani dhisii sister kanaa biraa wajjin hariroo biraa Jalqabii
@Ifnaantube1
@Ifnaantube1 День назад
Murtesuun baayee ulfata garu oso Abbaa ilmo isheti debite garidha sababnisas caran sii mudate ilmo kee Akka mudanef 😢
@LeeyllaaAmaan
@LeeyllaaAmaan День назад
Anii aka kiyati lamanu dhisii ilimo kee gudifadhu lamanu sii tanii malitii yoo jete inii hadha ilimani hini hikaa jedhe borulee sinile akanuma jedha abani dii,maa moo namani yero atii rakate rasati sii gatee borule oso rakkate akanuma sii godha kanafiu irii fagadhuu hadha sii gudustee sani hini dagatini oso isini sii yaluu bate hadha esaa aka jirituu rabumatuu beka kaa kanara hafe umaa kee hini dagatini
@fttuunaaom5018
@fttuunaaom5018 День назад
Lamanuu dhisii kani biraati erumii. ❤
@Gureetube23
@Gureetube23 День назад
Noori game maati nafi ta'aa oromoo koo
@zxczxc3083
@zxczxc3083 День назад
Abbaa mana kee duraati debi'ii akka amantaa keesaaniti waalif kadhadha waldaa demaa 😢😢
@EmadAzzam-t5v
@EmadAzzam-t5v День назад
jaabaadhuu ❤❤
@SoudiSoudi-d1e
@SoudiSoudi-d1e День назад
Utuu anaa taee sanyoo tanii erumaa worasaa duraa sii wolinii ajiratuu woraa lamafaa tafii gatii inii dhibee keraa sii fayisefii
@MmMm-m7i
@MmMm-m7i День назад
Abbaa mucaa keti herumii utu qabate si yalchisaa wan dhabef ta'u mala mati namaa hin digiin cubbudhaa
@QarreDambi
@QarreDambi День назад
Sanyon cubbudha kanaf irra fagadhu😢
@nuradawud6037
@nuradawud6037 День назад
Lammasn saaniiyyuy egereekeef hinfayyadanu dhisii kan biraa barbaaddadhu.
@Tadelu-nk9lv
@Tadelu-nk9lv День назад
Lamaan isaanii dhisiii micaakee bichaa guddiisiii
@KenaaJesus
@KenaaJesus День назад
Gamee esani sii arigadhuu dhadha please 🥺
@FatxiyaaCissee
@FatxiyaaCissee День назад
Isan lamanuu dhisii caraa biraa mokoradhuu 😢😢
@HuruutaaTube
@HuruutaaTube День назад
Matii naa tahaa
@Emebetgirma-mh1df
@Emebetgirma-mh1df День назад
Gamee Baga naga dhuftee👋👋👋👋👋👋👋👋👋👋
@AyineFekadu
@AyineFekadu День назад
Mucaa keef jecha isaa duraaf dhifaama godhi walking jiradhu 😢
@FeyeAlemu
@FeyeAlemu 22 часа назад
Isaa 2lmaffa
@Hababaye
@Hababaye День назад
Lamanu sif hin ta'an😢
@darasi-km4by
@darasi-km4by День назад
Sayo woyafii
@رحمهالرحمه-ف6ل
@رحمهالرحمه-ف6ل 19 часов назад
❤❤❤❤❤
@SolakoKokamo
@SolakoKokamo 22 часа назад
Lamaanisaniiyudhiisi
@zxczxc3083
@zxczxc3083 День назад
😢😢😢
@MadiSiraj-id7fl
@MadiSiraj-id7fl День назад
Game bagaa nagani dhufitee
@ChaltuSayido
@ChaltuSayido День назад
😢😢
@DerartuDerartu-s9s
@DerartuDerartu-s9s 20 часов назад
Isaa duratii in debin
@Birkisa
@Birkisa День назад
Lachanu si bu.a hin qabani ilmoni ke gudateti si filachu dandesi kani biratti erumi
@Oromia_27
@Oromia_27 День назад
Obboleeytii yoo siif danda'ame Ilmoo tee fudhadhu jara dhiiraa lachuu dhiisi hiriyyaa biraa qabadhu ykn dhiirumaahu dhiisi😢 hedduu garaa nama balleeysita dhugaa 😢😢
@HuruutaaTube
@HuruutaaTube День назад
Matii naa tahii qashatii tiyaa 😢
@GadiseDesalegnr9m
@GadiseDesalegnr9m День назад
Lamma issaniyuu dhisi yoo daandeese mucca kee guddifadhu dahab an immo dhirra birra wajjin jirradhuu
@ZabibaMahamad-d6u
@ZabibaMahamad-d6u День назад
Akka kotti Hatti isa tari waa iti gotte jenna mana yala si hin gessin waan tahef abba daima keetiti debbi ❤
@makiama9561
@makiama9561 День назад
Akka yaada kooti garuu jaartin suni akka jirtuufi du'uute siirriti Qorachuu qabdi😢
@TrinigoF
@TrinigoF День назад
Abbaan da,imaa kettii debi,ii
@YvhGgg-i2u
@YvhGgg-i2u День назад
Lachu Malaqa ketif si fidha dhisi Lachu
@appcell1306
@appcell1306 День назад
Isaan laachu dhisi jireenya kee garaa fuduraatii fuufi😊
@فوائدأحمد
@فوائدأحمد 4 часа назад
Isaan lachuu dhiisi
@AfjalKhan-mh3hg
@AfjalKhan-mh3hg День назад
Laman jarayyu sinfayadanu dhiisi
@GFd-t4v
@GFd-t4v День назад
Nama bira wajiin hariroo umadhuu isan 2 chu siif hin tani
@NajatKader
@NajatKader День назад
Lamaan jarayyu dhiisi
@MasaratUlfina-hr7tz
@MasaratUlfina-hr7tz День назад
You well come❤❤gammee
@HuruutaaTube
@HuruutaaTube День назад
Matii naa tahii qashatii koo
@Ifnaantube1
@Ifnaantube1 День назад
Sii egachan ture waq
@hanatu
@hanatu День назад
Gamee ❤
@OowdjbDjdji
@OowdjbDjdji День назад
Game silkii Kee inii ojetuu maluu anileen senaa koon ergadhaa
@Abdii.kalifaa
@Abdii.kalifaa День назад
Lamanu dhisi malaqa ke waliti qabadhu
@misraabdnmajid523
@misraabdnmajid523 День назад
😢😢😢😢😢❤❤❤❤
@SaafiiGannaa-xd2tb
@SaafiiGannaa-xd2tb 19 часов назад
❤❤❤❤❤
@AberuLataa
@AberuLataa День назад
Well come game ❤❤❤❤
@aliaalia7556
@aliaalia7556 22 часа назад
Lamaani issaanitu dhis innii jarsaa ketii sun moo yeroo atii cinqii kessaa jirtuu sii gatee amma ati jireenya garii jiraattu kee baree jenaana si barbade silaa osso sii jalaate yerooma sanii sii yalaata turee ilmoo tee irraa fudhuu isaa biraati heruumi
@FikreGirma-n7s
@FikreGirma-n7s 21 час назад
Lamaan isaani irraa fagaadhuu waaqayyo hiree kee siif kenaa garuu mucaa kee fudhii gudifadhuu
@DdG-bs6wu
@DdG-bs6wu День назад
Laman isanii dhisii muca kee harkaa fudhii gudifadhuu namaa biratii erumii
@obsetube730
@obsetube730 День назад
Akka yaada kiyat lachuu dhisii
@MadiSiraj-id7fl
@MadiSiraj-id7fl День назад
😢😢😢😢😢
@Ifnaantube1
@Ifnaantube1 День назад
Game ❤❤
@hayathahamed8975
@hayathahamed8975 День назад
😂
@makiama9561
@makiama9561 День назад
😂😂😂😂 ani jaarti santi kolfee 🔥
Далее
Qaamni saalaa Kiyya xiqqaadha| akkamiin guddisu?
15:46
Просмотров 351 тыс.
Never skip this muscle !! 😱😱
00:13
Просмотров 1,5 млн
NAH UH
00:17
Просмотров 1,4 млн
Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
30:22
Просмотров 7 тыс.
Qaama Saalaa Dhungachuu? - Dhaddacha Jaalalaa 28
27:40
Просмотров 142 тыс.