Тёмный

Vidiyoo Sagantaa Harar Kan namni hedduun eegaa ture!! 

Sh Jamaal Haajii
Подписаться 65 тыс.
Просмотров 130 тыс.
50% 1

#Viidiyoo sagantaa #Harar kan namni hedduun eegaa ture kunooti Maa nubiratti hafa xiinxaluun isin qabdi.

Опубликовано:

 

31 май 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 237   
@jamaaloromogalaxy7526
@jamaaloromogalaxy7526 Месяц назад
يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُوٓاْ أَطِيعُواْ ٱللَّهَ وَأَطِيعُواْ ٱلرَّسُولَ وَأُوْلِى ٱلْأَمْرِ مِنكُمْ ۖ فَإِن تَنَٰزَعْتُمْ فِى شَىْءٍۢ فَرُدُّوهُ إِلَى ٱللَّهِ وَٱلرَّسُولِ إِن كُنتُمْ تُؤْمِنُونَ بِٱللَّهِ وَٱلْيَوْمِ ٱلْءَاخِرِ ۚ ذَٰلِكَ خَيْرٌ وَأَحْسَنُ تَأْوِيلًا
@1225Abdifatah
@1225Abdifatah 9 дней назад
Flastin
@HasenUmer-kz6jm
@HasenUmer-kz6jm Месяц назад
سينقلب الأمر ويكون السلفيون أهل البلد والله غالب على أمره ولكن أكثر الناس لا يعلمون
@jamaaloromogalaxy7526
@jamaaloromogalaxy7526 Месяц назад
Nuti waan sheyni jedhu osoo hin taane waan Rabbii fii Rassuuli jedhan jala deemna
@ammetube7476
@ammetube7476 Месяц назад
Gowwaa Ergamaan Rabbii SAW saladin je'aa je'ee! Ulamaan dhaaltuu Ambiyaati jechuu dhageessee. Ibnu teymiyaaniis Ulamumaa bar amata 700 ergamaa Rabbiirra.
@MAHMMADJAMAAL-bm2nk
@MAHMMADJAMAAL-bm2nk Месяц назад
Baga jala bultii Ayyaana idaatiin isin gahe warra baranaa Kan Bara hedduu ❤❤❤ nuhaagodhu ❤
@user-ms9go1ki5n
@user-ms9go1ki5n Месяц назад
Sagantaa akkanaa osoo gad dhiisuu battanii keessummaan wal gorfannee
@AsmaCmubaarik
@AsmaCmubaarik Месяц назад
Oromon maal bekan jatetii😂 like argachuf jecha 😂
@user-jm1nf2oj2w
@user-jm1nf2oj2w Месяц назад
that is it
@Nasihatube.
@Nasihatube. Месяц назад
Sheeka kiyya dhiifamaa wajjiin videon tun Hawaas a keenya wallala kana waan biraa kessa kaasa ammaas Kabaja ulamaaitiif gaarii miti akka kiyyatti Rabbiif jai haqi
@AsmaCmubaarik
@AsmaCmubaarik Месяц назад
Sila akkas ture ❤like barbadufi
@MaaddaaHaraashiiTube
@MaaddaaHaraashiiTube 22 дня назад
Wallaahi Sheekh Ilyaas fi Sheekh Ahmadeen Gootota Toohidaati
@khadra-ck3zy
@khadra-ck3zy Месяц назад
Suubahan Allah nutti qu'uran fi haadisa jaala yaana gaaru akki kuun wan isinira hin egamne dhugaa rabbi
@user-lf4yq6xw2d
@user-lf4yq6xw2d 20 дней назад
Edaa ullama.inis wal loluuu subanallah 😢😢😢😢 ani erga dhale haruma arge umata Musilima wal fixuuu kabajan jiru subanallah umta Harargee safuu bekanu 😢😢😢😢😢😢😢
@haqaaf.tube.
@haqaaf.tube. 13 дней назад
Masha Allah umrii Dhertuu isiinif haa kannu rabbiin
@miftahhaji8368
@miftahhaji8368 Месяц назад
Obsa dhabuun keessan qaanyiidha. Akkatti namatti dhiibbatuun maali. Ani Islaama nuti Obboleyyani namni jeu tokko isin keessa hin jiru. Shekkotiin maaluma taate. Innaalillaahi Wellaahi dila kana afaan namaati hasaawa itti deebisuun maaluma? Subhannallaah. Akkamitti badii of saaxila ilmi namaa. Isin walii galuu yoo dadhabdan suufiyaan dibbee nurratti dhootti jettanii a'uzubillaah maqaa tokko dhahaa akkamiin walitti araaramtan. ? Jarri waanuma sirri jechaa jirra. Wellaahi ragaa walitti bahuu teessan. Hundi keenyaahu guyya san gafatamuu teenya. Yeroo wal mormitan Amala gaarii qabachuufi qur'aana fi Hadiisaatti kootta je'amne bar yaa akhii
@mohammednasirabagero5668
@mohammednasirabagero5668 Месяц назад
Dhooksuuf yaaluun maaliif nutii argineera dursee galuu rabbiin isiin argaara warri baayyiinaan dhugaa dhoksuu feetan
@Carcar.Bultum
@Carcar.Bultum Месяц назад
As wr wb Aboo dubbiin akanaa maali !!! Jalqaba bar shari'aanis seeraanis jara irraa caqasuu qabdanii maaliif irraa hin baasinaa!!!!!! Maali Rabshaan Nuti akamiin isin hordofna, Mee walirraa baasaa!!! YAA SUBHAANALLAAH!!!!
@ABU_SALIEH
@ABU_SALIEH 16 дней назад
A'authu bi'Allahi min sheyxani rajim sheyxaani walgahee wal nyaachuu jiraa
@HamzaMussa-km8ph
@HamzaMussa-km8ph 28 дней назад
Xiqqaataa namaa jamal haajii doomaa doofaa namaa qaxacalee nama doofaa godhuu feetanii atii fi sareen akka keetii wlh shekan keenya waa takka godhuu hin dandeessan Rabbii wajji jira ikwaana daddeemtu jallaa namaa
@Abdusse_Tube
@Abdusse_Tube Месяц назад
سبحان الله وبحمده سبحان الله العظيم 😢
@algurabaae
@algurabaae Месяц назад
Ati ergamtuu yahuudaati, Ikwaana jechuun warra alkallattiidhaan yahuudaaf dalagu jechuudha. Rabbiin ummata muslimaa isin jalaa bilisa haa baasu!! Nutiis mudhii keenya hidhannee kaanee jirra haqa ifa gochuu irraa hin dhaabbannu yoomuu, giidoo rabbiitiin haqni oluma ta'a !!
@shamsham1309
@shamsham1309 Месяц назад
❤❤❤❤❤❤harka nuti Kenna jedhee Gowan namichaq😅😅😅
@hamzamuhammedarabi
@hamzamuhammedarabi Месяц назад
Wallhi warruma Haqarra jiruu Caalaadha Rabbii biratti
@hamzamuhammedarabi
@hamzamuhammedarabi Месяц назад
Wallhi warruma Haqarra jiruu Caalaadha Rabbii biratti😢😢
@MohamedBeriso
@MohamedBeriso 2 часа назад
As wr wb yaa jamaa islaama baga naaf jiraattan ulamaa'ii teena rabbiin umrii nuuf haadheeressuu
@Israsuheyli
@Israsuheyli Месяц назад
Aboo vidioo Akkanaa kabaja ulamaa tuyxu maaliif maxxansita Wlh Ati kan Ajaaibaati rabbi sihaa qaceelchu
@AsmaCmubaarik
@AsmaCmubaarik Месяц назад
Oromon😂maal bekan sa 😂
@hamzamuhammedarabi
@hamzamuhammedarabi Месяц назад
Haqa Irra warra gadi dhaabbatu Rabbiin isaan waliin jira.😢😢😢
@user-gj6rc9jt9u
@user-gj6rc9jt9u Месяц назад
Rabbiin isiin haa lafisuu tokko isiin haa taysisuu subahanallah yaa rabbii kiyaa tokkoo taysisi😢😢
@user-lf4yq6xw2d
@user-lf4yq6xw2d 20 дней назад
Subanallah mal jedhu umani hararge kun istofurullah nu jecha Raabi tin bulaa Ahuzubilahi 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢ya Raabi qajelchii nu jecha Raabi olanatin bula 😢
@SirajQolkadacwada
@SirajQolkadacwada 5 дней назад
مشاءالله تبارك الله
@AhmadsaadiqUsmaan
@AhmadsaadiqUsmaan Месяц назад
Mashaa.allah.❤rabbin.iasinhaatursiisuu.yaaulamaa.tenya.yaaurjii.teenya❤❤❤❤❤❤
@MohammedAwol-vc6cr
@MohammedAwol-vc6cr Месяц назад
Wwwwyyyyyyyyy hojii ikwaana rabbiin isiniif arhamatu
@reisamama2390
@reisamama2390 26 дней назад
سبحان الله! Namni akkamitti akkanatti an sirrii jira,,,jedhee ofiif warra jannataa of-fakkeessaa...kaan immoo akka kaafiratti dallananitti itti dallana...!!!hunduu waan irratti waldhaban quraanafi haadisan madaalutu irra jira.ofbeekaa taasisee...kan wallaalafi jallataa taasisu caala.rabbiin hunda keennaa dhuma haa bareechu...!rabbiin fir'awanaa an rabbi ofiin jedheeyyuu jecha lallaafaa n itti dubbadha jedhee...rabbiin warra haala gaarin walhubachiisufi waliif hubatu nu haa taasisu...!
@YuusufYouTube
@YuusufYouTube Месяц назад
Maashaa allaaha ❤❤❤❤ shek iliyaas Abbaas
@Abdusse_Tube
@Abdusse_Tube Месяц назад
Vedoo akkana maa maxxansitaan Ustaaz Yoo beekaan Akkatti wol xiqqessee xiqqaan ho akkam wol godhaa😎
@user-ge8zy2ow3h
@user-ge8zy2ow3h Месяц назад
Dhugaan ni qallatti malee hin cittu afaan jabeenyaan dhugaan hin dhokuttu dhugaa dhubbadhaa
@Saliya-zc7qo
@Saliya-zc7qo Месяц назад
Dhuga irra jirra she iliyas abas
@RashaadShekaa
@RashaadShekaa Месяц назад
Mash Allah
@JamalYare-zh4zh
@JamalYare-zh4zh 29 дней назад
Sheikh musaa su.alaa lencaa affran qalloo💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪
@FuaadZiyaad-su5ol
@FuaadZiyaad-su5ol Месяц назад
Warreen yaada gaarii qabattan galatoomaa Warreen qeeqa dhiyeessitan deemaa baradhaa dhuga erga dubbin dhumte namni hamtuu tee arke garii teetti hin gammadu kanaaf osoo arkuu baannee nuuf gaariidha yaada kooti
@suleman_show
@suleman_show 28 дней назад
Ajaa'iba yaa Ikwanoota Jamaliyii
@IfaMahammad
@IfaMahammad Месяц назад
Masha Allah Masha Allah
@MaadiiAhmad
@MaadiiAhmad Месяц назад
❤masha Allah ❤❤❤❤
@user-lf4yq6xw2d
@user-lf4yq6xw2d 20 дней назад
Yaa Raabi umani Abashii gamadii 😢😢😢😢😢😢
@MasFff-vw1il
@MasFff-vw1il 23 дня назад
Mashaallh Mashaallh Mashaallh Mashaallh 😢😢😢😢😢😊
@AbdulbareKalef
@AbdulbareKalef Месяц назад
Teessaniifuu walii hingalle ulama,otaa dhiisaa😮
@HamzaHussain-k3s
@HamzaHussain-k3s 14 дней назад
Maal kun ijoooo madoooshoootatu wal gaheee wal fixaa jira
@Na3ima-xi5fx
@Na3ima-xi5fx Месяц назад
❤❤❤ mashaallah mashallah
@OromoFirst-ny4cu
@OromoFirst-ny4cu Месяц назад
Ummanni kuni hirdhina beekumsaa qaba...bakka akkanaatti miti mormmiin...kophaa deemaa....wal mormmaa...maali kuni haalli fokkataan
@KimiyaAbirahimiabidulaa
@KimiyaAbirahimiabidulaa Месяц назад
Osso wan akkana kana gadii lakisu batanii gariidha achumatii keysatii xumurtanii gariidha
@user-rf5ux5fs9s
@user-rf5ux5fs9s Месяц назад
MASHAA ALLAH
@AdinanHasanAme
@AdinanHasanAme Месяц назад
As, wr, wb sheekan kun hin qulqulloyne majlisarra dhaaba waan ulamain teenya heddun tun hin beyne beekani tun ganaa faydahu hin qabdu ija flute!!!!!!!!!
@SomayyaaMohammad
@SomayyaaMohammad Месяц назад
masha allah
@MahmudAbdellah
@MahmudAbdellah Месяц назад
Shekni Kuni Jakna Haqi Niqallatti Malee Hin cittu Jedhan
@MiftahAbrahim
@MiftahAbrahim Месяц назад
❤❤❤❤maasha allaah
@SemiraSsgdyr
@SemiraSsgdyr Месяц назад
Subaanallah yaa Allaah
@MamnNure
@MamnNure Месяц назад
yaa rabbi yaa allaah ni garta waan deemu jiru ati muteeysi
@beshulabemudourgesa8392
@beshulabemudourgesa8392 Месяц назад
Maashaa Allaaha❤❤❤❤
@TahirWare
@TahirWare Месяц назад
Samaduu kiyya addaan nun bassin Ilaahi
@BadruuAbdallayuusuf
@BadruuAbdallayuusuf Месяц назад
Maashaa Allah
@GammachisMahammed
@GammachisMahammed Месяц назад
Rakkoo tenyee gartee hasawaa issaani rakkoo ulammayyiin tanyaa qabduu
@RumanaJuhar
@RumanaJuhar 23 дня назад
Macha allah
@WowWow-cs5dm
@WowWow-cs5dm Месяц назад
Jamaaleynii NAGAYA BIYYAA KHANNAA!?!?!?!
@user-se8cf9kq8h
@user-se8cf9kq8h 9 дней назад
Kerrii inshaallah😢😢😢😢 mallii jechu
@KhaalidAbdulqaadir
@KhaalidAbdulqaadir Месяц назад
Sheikh Ahmade Calanqoo fi Sheikh Iliyas Rabbiin Umrii isaanii nuuf haadheereysu Leenca Diinii Wly jarri lamaan Maashaa Allaah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Munzirjamaal454
@Munzirjamaal454 Месяц назад
Umrii rabbiin haadhereysu shekh muussaahoo akkam godha yaadhama,aa jasbaa
@AsmaCmubaarik
@AsmaCmubaarik Месяц назад
@@Munzirjamaal454araba maaltu fide 😂
@seenaagulallee1584
@seenaagulallee1584 Месяц назад
Ee agarre wanti irraa nuuf galees isin warri sheekkan lamaan kana qeequ ilmii takka rabbiin isinitti hin beeku jechuutu irraa nuuf gale kanaaf isin lamaan kun deebiya baradha sheekkan baayyeetu jira kan akka sheikh ahmade fi kan akka sheikh eliyas irraa baradha addaan baafadhaa
@user-bq1nr8cy4d
@user-bq1nr8cy4d Месяц назад
Mashaa alhaa
@hayatah7696
@hayatah7696 Месяц назад
Vidiyoo nuti hin fiddinaa hararamuu jaraa qofaa nutii himmaa shekotiini Abbashii Nuuti gammadii nutii koolifitii yeroo shekooni Kenyaa Wal dhabanuu kana yoo balesee dhifamaa Ani bekuumisaa qabadhe isini himmaa hin jiruu shekota Kenyaa rabbii ummuri isini hadheresuu ❤️❤️❤️
@shamsham1309
@shamsham1309 Месяц назад
Sufiyan umata qurana fi hadisa qofa jalaa demu wolhii kuni ñuti islama jechun dhorgadha wabiyya kafiraa😭🤧🤧🤫🤫🤫🤫🏌️🏌️🏌️🏌️
@user-ui2fc4nw1d
@user-ui2fc4nw1d Месяц назад
Obsu dhabuu fi Wal xiqqeessu rabbiitti magandanne maalif yoo jette rabbiin waliif obsuu fi walkabajuu nuuf dhaame
@JaaburCali
@JaaburCali Месяц назад
Masha.alah Masha.alah Masha.alah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@MuraadMurter
@MuraadMurter Месяц назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@ShaartuuMuhammad-bi3er
@ShaartuuMuhammad-bi3er Месяц назад
Subhaan allah 😢😢
@CaaltuuAliyyii-l4d
@CaaltuuAliyyii-l4d 7 дней назад
Masha Alhaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@bedasaabubeker1
@bedasaabubeker1 Месяц назад
❤❤❤❤
@zamzammuhammad8587
@zamzammuhammad8587 Месяц назад
Maashaa allha
@AyyyanoroLiij
@AyyyanoroLiij Месяц назад
𝐌𝐚𝐬𝐡 𝐀𝐥𝐥𝐡❤❤❤❤❤❤
@BAABULKheyri
@BAABULKheyri Месяц назад
❤❤❤❤❤❤❤
@muntahaaahmad6602
@muntahaaahmad6602 Месяц назад
Akhlaaqni kun akhlaqa amantii islamatiin wal hinsimu
@Adamjana-nj6dq
@Adamjana-nj6dq Месяц назад
Maashalla
@ArtKamalumar
@ArtKamalumar Месяц назад
Maasha allaha
@user-wi4fh5uq3l
@user-wi4fh5uq3l Месяц назад
SubanAhaa 😢😢
@IbrahimAdam-qt2ij
@IbrahimAdam-qt2ij Месяц назад
Video akkanaa gad dhiifamuu hin qabdu
@AmmaarAliyyii-of6fl
@AmmaarAliyyii-of6fl Месяц назад
❤❤❤❤❤❤
@muazyusuf1739
@muazyusuf1739 Месяц назад
Yaarabbii umrii nuuf dheereessii nuufiis tiisii Sheekkan keenyaa kan akkaa shek ahmad yusuuf Shek iliyaas abbas shek ahmadee fi shek musaa sualaa akkasumaas shek ahmad watar yaarabbii nutiisii
@Allah6cm
@Allah6cm Месяц назад
سبحان الله ❤❤❤❤❤❤
@user-lq5kx4rj4y
@user-lq5kx4rj4y Месяц назад
አይ ኢኽዋኖች በግድ ነው እንዴ
@Ahmad-uh8yk
@Ahmad-uh8yk 21 день назад
🎉🎉🎉
@Israsuheyli
@Israsuheyli Месяц назад
Ayii sh jamaal haaji
@user-yy7vl9hi8p
@user-yy7vl9hi8p Месяц назад
Yaa Rabbi 👆 kunoo yoo gadhifamee batee ho😢
@user-ex7lw5wz1b
@user-ex7lw5wz1b Месяц назад
@MahmudAbdellah
@MahmudAbdellah Месяц назад
Rabbiin Haqa ifa habaatu
@MahmudAbdellah
@MahmudAbdellah Месяц назад
Allah akbar
@HaaruunBuloo
@HaaruunBuloo Месяц назад
Ittii futaa shek musaa suaa,alaa jabadhuu itii fufii itti mudii
@BLACK_MAX1000
@BLACK_MAX1000 Месяц назад
❤❤❤
@BADHE.
@BADHE. Месяц назад
❤❤❤❤❤
@jabbeeshow
@jabbeeshow Месяц назад
Hedduu takka nama gaddisiisa wal loluun keessan
@June-kc8hv
@June-kc8hv Месяц назад
Anaa duraa.lalee❤❤❤
@user-hz7sb4qo2v
@user-hz7sb4qo2v Месяц назад
Yarabbi mali vidiyoo akkana gadhifttan la,ilaaha illallah😢😢
@AbrahimUssoo-nl6ze
@AbrahimUssoo-nl6ze Месяц назад
Maalla allaha
@hamdaanzee43
@hamdaanzee43 Месяц назад
Obolesso rabbi sodadhu vedio tana kaasi
@TahirWare
@TahirWare Месяц назад
🎉
@rwaidamohamad6903
@rwaidamohamad6903 Месяц назад
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@MuaasSultaan
@MuaasSultaan Месяц назад
Qoy maaliif.quraanaan hin murteessine isiin ulamaa ja'aa oolta ulamaan quraana caaltii?
@YaqiinMuktaar
@YaqiinMuktaar Месяц назад
video tanaa akkamitii gadi lakkifta Sagaanta r,ati akkani hin barbaachisu
@abdulmajidshurafa4173
@abdulmajidshurafa4173 Месяц назад
Vedion akkasi konguma waraabamuyyu hin qabu ture, mee amma maal akka ummanni irraa baratuufi
Далее
Murtii xumuraa kan Ulamaa’ii teenyaa
16:06
Просмотров 31 тыс.
DAD LEFT HIS OLD SOCKS ON THE COUCH…😱😂
00:24
RNH 858, June 3, 2024 Soora Qalbii
31:21
Просмотров 35 тыс.
murti gamtaa ulami. iii
15:48
Просмотров 7 тыс.
Dhaamsa Sheikh Amiin Ibroo Magaalaa Adaamaatti
6:03
Просмотров 70 тыс.
Du.aii fi zikrii  bareduu sheikh juneydii
24:06
Просмотров 2,9 млн
DAD LEFT HIS OLD SOCKS ON THE COUCH…😱😂
00:24