Тёмный

WAA'EE ULFAA'UU IJJIGAAYYOO KUTAA 2FFAA... 

Tv Lattuu
Подписаться 10 тыс.
Просмотров 91 тыс.
50% 1

Опубликовано:

 

7 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 409   
@Abeelove
@Abeelove Год назад
Waqqaayyoo waan garaakeetti umeef karoora qaba haleeluyyaa ilmoonkee dhalate guddaate sigaargaara maqaa iyyeesusiin nagaan hiikami ❤❤❤🙏
@user-th7dp1xr8o
@user-th7dp1xr8o Год назад
Maliif yoo durbaa tatee Mal rakkon? Subhan allhaa 😢 Alhamdulillaah alaa ni'imatil islaam ❤❤
@Oroomoo11
@Oroomoo11 Год назад
Ilmoon nimaa garuu nikaa malee ulfoftee akaa musiilimatitii haramaa
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 Год назад
Malo mati naf time hadhoko kotu
@gadiseloli517
@gadiseloli517 Год назад
Waaqayyoo bagaa sigamachisee gaaruu dubara yoo tahee nan ajesaa jechuu ketif Waaqayyoo sif adhisu
@gadiseloli517
@gadiseloli517 Год назад
​@@Oroomoo11atimoo sin dhiirrii dubartii sadi'ii fudhuu aramaa mitiree
@Oroomoo11
@Oroomoo11 Год назад
@@gadiseloli517 maltuu haramaa godhee haramaa mitii zinaa dalagutuu haramaa malee
@mistukanaa9754
@mistukanaa9754 Год назад
Waqayoo nagaan saa hikuu ijigayoo durbasii ta,uu dhiraa waqayoo ilmoo fayaa qabduu siif haa kenuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@haanaabayisamylifemama5424
@haanaabayisamylifemama5424 Год назад
Dhugadha keti in gudani ilmooni fayya qabachudha kuni dogora isheedha
@mistukanaa9754
@mistukanaa9754 Год назад
@@haanaabayisamylifemama5424 haniyee.galatomii waqayoon galatefachuu qabdii ama ishetii hin fakanee adunyaa kana akkaa ilmoo argachuu namaa gamachisuu hin jiruu
@beteleshifarra5378
@beteleshifarra5378 Год назад
Yes Waaqayyo wan godheef qaban kana hundaa inno diinqi hojeeta inno akkami namatt miti namatti fayyadamee hin gaattuu inno si gargaarra jaabadhu ❤
@saaadaawallaagga
@saaadaawallaagga Год назад
Waallahi akka male garaa Naa nyaate hadhookoo Raabbi guddaan nagaan siiha hiiku Yaa Ilmaa dhiira 😢😢😢Raabbi kaan hoojiike siin dhowwaati tish dhiirafaa garaan Naama ciita
@sabbontuuhararagee9178
@sabbontuuhararagee9178 Год назад
rabbii nagayan sii haa Hikuu ilmaa biyaa bulchuu rabbii Siif haa godhuu ❤❤❤❤😢😢😢😢😢❤❤
@fireeadunaa1989
@fireeadunaa1989 Год назад
❤❤❤❤❤🎉
@ijarsaahamiileedhalootatub6175
Dhugaa dubaachuf bay'ee na arsiite kun hubaana akka hin qabne asumaatin arge durbii lafa argaamti enyu sin jedhee kan si ulfeeesse ilma dhiirati durboochee ogeeyyi ta'a bakka jirtan hundati salaa miti samuudha kan nama jiirachiisu
@masayejames6290
@masayejames6290 Год назад
10:52 ijigaayyoo iddooti na aarsite hin dagatin maali yoo dubara taate maaf cubbu hojeta ati ammayyu qalbi jijirana si barbaachisa Kan barbaachisu sammudha male saala miti
@AyantuAmare-em7bz
@AyantuAmare-em7bz Год назад
yaadnii ishee tufaachuu mitti haadhookoo aniiyuu kunoo miidhamee osoo durbaa argaadhee isheenis akkuma anii caabee kanaa naa jaala caabdii ykn rakkoo hamaatuu ishee egaata jechuu isheetii siirriitii dhageefadhuumee dhiirtii yeroo maraa rakkoon isaan mudaatuu hin jiruu baraandaratiiyuu ni jiraatuu
@BiftuYonas-l3o
@BiftuYonas-l3o Месяц назад
Wow marahiik garuu baayyeen gadde dubara taatus maal rakkoon ATI of eeguu waan dadhabdeefi kaa safuudhabboo🥲♥️
@aminajaro4283
@aminajaro4283 Год назад
Rabbi nagaan sii haa hikku jabdu koo garru worii dhiraa kun rabbi sodadha🥺🥺🥺
@darooarsii
@darooarsii Год назад
Ameen Ameen Ameen Kodee koo Waqayyoo Bagaa sii Gargaree❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@kumemiessa9007
@kumemiessa9007 Год назад
Waqayyo dhiiraaf dubarti addaa baase jalanne kana yaadu keetif Waqayyo siif ha dhiisu 😢😢😢❤
@mimigammechu
@mimigammechu Год назад
❤❤
@fanushalomicom1137
@fanushalomicom1137 Год назад
Waaqayoo koo nagan siif hikuu muca fayyaa qabesa siif yaa kennuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤nama foni dhis ati Waaqayoo qofti si wajjin yaa tahuu ❤❤❤❤❤❤❤❤
@bilisumankeenya7423
@bilisumankeenya7423 Год назад
Marahiik nagaan nuuf dhaladhu❣️❣️
@zeragalato2879
@zeragalato2879 Год назад
This is Amazing May Allah blessing for you ❤❤❤❤
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 Год назад
Malo mati naf time hadhoko kotu
@gadisefikadu1098
@gadisefikadu1098 Год назад
Jechii akkanaa sirii mitii cubbuu irratii dubatee cubbuu hin dabalatiin hadhoo koo dubaraa yoo desee waaqayootuu siif kennee maltuu iratii faradii siin jedhee Lubbuun Lubbuu dhuumaa ammaa yaduttuu ammaan malee 😢😢
@ayitejackline-sx1wv
@ayitejackline-sx1wv Год назад
Waqayyoo Goftaan Sii wajjiin haa jiratuu Abaan keenyaa omaa mitii garuu 😢malii dhalii Namaa kun hojiin isaa Yaa yesuus koo dafii kotuu biyyii milaa godhatee demuuf jirtii silaa 🥺🥺
@user-sp2kn7fc6l
@user-sp2kn7fc6l Год назад
Waqayyoo waan godhuuf qaba maqaan isa haa eebbifamu nagaan si haa haiku yesus❤❤❤
@Yemuu109
@Yemuu109 Год назад
Mucani Gazeetesani suni baayee professional 👌 dha. Guraa dhageefatu qaba. Weldone bro.
@BarakaatFayisa-gw5ju
@BarakaatFayisa-gw5ju Год назад
Waqaayyoo abbaan koo nagaadha siin yaa hiikuu hadha koo🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🩷🩷🩷🩷👆👆👆🤚🤚🤚🤚
@farfattuxurunashasfawu7503
@farfattuxurunashasfawu7503 Год назад
Maqaa yesuusin ammayyuu qixxee ajeesteeti siifaa dhiisu waqaayyo
@shamsya-cz9of
@shamsya-cz9of Год назад
Meqaa dhabee kadhata ilmo taa guddifadhuu❤❤❤
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 Год назад
Malo mati naf time hadhoko
@warkidubai1005
@warkidubai1005 Год назад
dhuga rabbii seennani dhala nama jalqabafi dhuma inqabuu dhiruma kana wantan jedhunisi inqabuu
@gxjdjdjdjdjd2986
@gxjdjdjdjdjd2986 Год назад
Asiratii garuu waan tokko dogogore ijigayoo waqayoo dhiiraa dubaraa hin jenee waan waqayoo sii Keen waqayoo galatefachuu qabdaa turte
@sanayittafaraa8629
@sanayittafaraa8629 Год назад
Waqqayoon sii wajiin haa ta uu 🙏
@jk_1997.m
@jk_1997.m Год назад
Bagaa siif kennee rabbiin garuu maaliif otoo dubaraa tahee ajesitaa
@AbigailPrescilla
@AbigailPrescilla Год назад
Waaqayyo gooftaa koo nagaa si hilkuu
@saraa-zy1vc
@saraa-zy1vc Год назад
garuu shamaras yoo tatee waan raabii sii keene jalachuu dirqamaa 😢😢😢
@urjiioro6264
@urjiioro6264 Год назад
Rabbiin nagaha si haa hikuu inshallah miskinaa too ❤🤲☝
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Год назад
Kotuu matii nafa thii a qalii ❤
@boontuuawal
@boontuuawal Год назад
Rabii Naganii Adaa Sihabasuu inshaallaah
@baddieenn1988
@baddieenn1988 Год назад
Gafitaa yesusi nagayani si ha hikuu oboleti koo 😢😢😢 waqqayo nagayani si ha hikuu 😢😢😢 uuuuffff 🤲🤲🤲
@selamademsung5995
@selamademsung5995 Год назад
❤እግዚአብሔር ከአንች ጋር ይሁን
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 Год назад
Malo mati naf time hadhoko
@ShambalSinke
@ShambalSinke Месяц назад
Waaqayyoo sii haa hikuu🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@user-yb3ub8bq1e
@user-yb3ub8bq1e 2 месяца назад
Waqayyoo sii wajiin haa ta'u jabadhuu
@buzeemideksa3293
@buzeemideksa3293 Год назад
Waaqayyo inni kanaa gochuu jaalate nagaan si haa hikuu innu si waajiin jiraa abshir jabaadhu ❤❤❤❤
@xgg7325
@xgg7325 Год назад
Rabbiin nagaan si haa hiikuu 😢😢♥️♥️♥️
@Hirut6096
@Hirut6096 Год назад
Jabduu koo beektuu koo naaf jabaadhu rabbi nagaan lama siya godhu
@Fayyoomgammachuu
@Fayyoomgammachuu Год назад
Namoota gargaaruuf fedha qabaniif account pinne godhi tv Lattuu. Jabeeffamuu qabdi isheenuu jabduu waan taateef .
@makiya976
@makiya976 Год назад
Rabbiin nagaa sii haa hikuu miskinaa 😢😢😢😢 dhugaa Rabbii yaa ilmaani namaa cubuu kanaa irraa ufii qusadhaa uuuu hayii caraa intalaa hagaa yomii dubartii aknatii rakisuu Abshrii homaa mitiu
@asmaredbabaa9971
@asmaredbabaa9971 Год назад
Waqayoo nagaan ishii haa hikuu innii danda'adhaa
@saraa-zy1vc
@saraa-zy1vc Год назад
ufuuuu yaa Raabii koo nagaan hikii yaa dhiraa kana wayoo😭😭😭😭😭😭
@obseobse563
@obseobse563 Год назад
Waaqayyoo nagan sii haa hiikuu obbooleettii teenyaa abshir😢❤️❤️🥰🥰🥰🥰🙏
@madinaintalaxiqii5488
@madinaintalaxiqii5488 Год назад
❤❤❤❤❤bareedu too baga rabbi si keene confidence ishe❤❤❤enyu oli jirta jabdu teenya ❤❤❤❤❤
@fmasiiyoutube8238
@fmasiiyoutube8238 Год назад
Nagan si haa hikuu waqayyoo mucaa badhuu kotuu hadhoo koo gooftaan si haa ebisuu kan waqayyoo jalatee huduu hin ta'aa fedhaa gooftatin ta'ee guda sif gamaderaa💔💔💔💔💔💔🕊️🕊️🕊️🕊️🕊️
@user-hx2fm1hg9s
@user-hx2fm1hg9s Год назад
dhuga bagaa waqayoo kenefi malifi ilmoo qabachu ishititi hin gamadi boruu isatuu harkaa qabaa ❤❤❤❤❤❤❤❤
@sinbookoo3378
@sinbookoo3378 Год назад
Dhuuga.waaqyoo.waaqyoo.waani.godheefi.qaba.qaraqarmudha.daa.ima.shee.haa.gudiftu.oromoo.sii.duuka.jiea.abbshirii.waaqyoo.sii.haa.hiikuu.🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@birribaraka7006
@birribaraka7006 Год назад
Rabbi Siyaa hikuu❤❤
@user-js8tx3id2u
@user-js8tx3id2u Год назад
Waqaayyoo gooftaan Sii gargaaru haadho koo uuuuffff nama maraarti haadho keenya durbee maariyaamii nagahaan Sii haa hiiktuu🥰🙏
@baurtukaansagalee7116
@baurtukaansagalee7116 Год назад
Jabadhuu Waqayyoo sin gagaruu
@ielokumsa4955
@ielokumsa4955 Год назад
Rabi bagaa sif kenee nagan si haa ikku
@user-id2rh1ud6c
@user-id2rh1ud6c Год назад
Rabbii nagahani sii Haa hikuu😢😢😢😢😢
@rabbirraalove7576
@rabbirraalove7576 Год назад
❤❤❤❤❤❤❤maqaa baaredaa baasitefi Hadha maarii
@lomiimargaa9738
@lomiimargaa9738 Год назад
Waaqayyoo nagaan saa hiiku in dinqi kan godhe❤❤😢
@AaSs-qi8zc
@AaSs-qi8zc Год назад
Rabbii naagahani sii haa hikuu
@diboradaadhii3226
@diboradaadhii3226 Год назад
Ayzosh waaqayyoo jira ❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢
@bilisumankeenya7423
@bilisumankeenya7423 Год назад
Saa gargaruu jabduu koo Waaqayyoo waan godheef qaba❤️💚❤️
@user-fp4os9yl3q
@user-fp4os9yl3q Год назад
inni hunda dand'au sii wajjin jirra Ameeeee baredu koo abshir❤❤❤❤❤❤🤲🤲🤲🤲❤❤❤❤ 5:03
@BeyuDende-bq8zg
@BeyuDende-bq8zg Год назад
waqayyoo nagaa sii haa ikkuu🙏🙏🙏🙏📖📖📖📖
@rosarosa9032
@rosarosa9032 Год назад
እግዝያብሄር በሰላም ያገላግልሽ
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 Год назад
Malo mati naf time
@guelaneguelane5632
@guelaneguelane5632 Год назад
Waqayoo nagan sii haa hikuu hadhoo koo ❤❤❤❤❤
@caaliihurumaa4299
@caaliihurumaa4299 Год назад
😢😢😢 jabaduu koo Giftii koo waaqayyoo siifaa has ta, uuuuuuuuuufffee qaxalee Muca kakuu
@daratu-ou2wz
@daratu-ou2wz Год назад
Waqayoo nagan si ha hiku qaxale hintala oromo jabadhu kan sif kene waqayo nagan si ha hiku guri kenya gamachu akka dhagau abdi qabna waqaa bira✋️✋️✋️✋️✋️☝️🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲😭😭😭😭😭😭😭
@AbdetaDadi-fj4eq
@AbdetaDadi-fj4eq Год назад
Namni akkam ta'e dhiiroo cubbuu hin sodaatanii Ayiii !!
@tht2816
@tht2816 Год назад
yaa kormato dhugaa waqayyo baayye namati tooliti😍😍😍💪🏾💪🏾💪🏾
@KorsatuluWami
@KorsatuluWami Год назад
Ayii warraa lixaa kana ilmoo isaanillee oromuuma dhigaan dhalchisuuu . Ilmaa siif buyyaf ta'uu
@Martin-wv2xs
@Martin-wv2xs Год назад
Waaqayyoo nagaa dhaan Si hikuu sin garigaraa dhugaa waaqayyoo
@user-rr6no7bp7y
@user-rr6no7bp7y Год назад
Waqayyoodhumiti nagaan si haa hikuu❤❤❤❤❤
@beteleshifarra5378
@beteleshifarra5378 Год назад
😭😭😭😭oromof dubbaadhu jeete goota oromo akka taa'uu barbaade ❤ a'aaaaaa
@user-xc1jz5jb4u
@user-xc1jz5jb4u Год назад
Waqayo nagan sii yaa hiiku haadho koo durbis namuma dhiris sanuma hundu kena rabiti garu ana aka yada koti durba yoo tate qormata ira gaha jete nati fakata uuu hundu uuma rabiti
@mulbirhantamene4943
@mulbirhantamene4943 Год назад
Waaqayyoo beekaadha jabadhu gaarummaaf ta'e
@hawwikenoo1507
@hawwikenoo1507 Год назад
❤❤❤ waqayyo nagani si ha hikuu
@rabbirraalove7576
@rabbirraalove7576 Год назад
Naagaya sii haa hikuu Amshir
@fariiorotube
@fariiorotube Год назад
Rabbiin Nagy siyyaa hiikkuu Abshrrii ❤
@user-wx3qz3wd3y
@user-wx3qz3wd3y Год назад
Waqayoo nagadhanii sii haa hikuu obboleetii tenyaa❤❤❤❤❤❤❤❤
@workienugusie
@workienugusie Год назад
Waqayoo nagaa sii haa hiikuu ❤🤲
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 Год назад
Malo mati naf time hadhoko
@adaecnh5992
@adaecnh5992 Год назад
እግዚአብሔር በሰላም ይገላግልሽ
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Год назад
Kotuu matii nafa thii a qalii ❤
@boontuuyesus4508
@boontuuyesus4508 Год назад
Waaqayyoo Gooftaani Beeka dha Waaqayyoo Waani godhef qaba hadhoo koo Waaqayyoo nagaan si haa hiikuu❤❤
@user-gj7od6lw2h
@user-gj7od6lw2h Год назад
Rabbii Nagaan sii ha hiikuu
@samyasamya4438
@samyasamya4438 Год назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤waqaayyoo nagaan saa hiiku giftii koo dhirii sareedha cubbuu hin egaattuu foonsheef qonqoosheettiif tolan miskiina rabbii akkasitii hamillee cabsuun garii mittii isheen garuu konfiidensii waqaayyoo lateefiin nama kammirra jabduudha
@fatumahasen7324
@fatumahasen7324 Год назад
Safu obsa mucaa entervi godha jiru si dinqisifachun dirqama
@itinishnn7411
@itinishnn7411 Год назад
Bayee dogoggoree dhugaa kee na Waaqayyo ttii kun dhiiraa durbaa jechuu maaltuu fiddee dhugaa😥😥😥
@ramajr8101
@ramajr8101 Год назад
Waqaayyoo nagaan sii haa hikuu jabadhu 🙏🙏❤️❤️❤️❤️
@ebafikaduebafikadu6010
@ebafikaduebafikadu6010 Год назад
Marroo bekkaa jedhuu kaba qaba mucaa
@genetgenet9909
@genetgenet9909 Год назад
Ijigayoo lubbuu waqayoo nagaan sii Yaa hiikkuu ,, , waqayoo siin wajjiin jiraa. Hin yaddiin ❤❤❤❤❤❤
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 Год назад
Malo mati naf time hadhoko kotu
@sanyiihacaluuhundeessaa3032
Waaqayyoo nagaan sii haa hikuu bareedduu koo❤️❤️
@ajmanuae9873
@ajmanuae9873 Год назад
Waaqayyoo gooftaan sii haa hikkuu Giftii kooo
@safaasafaa8013
@safaasafaa8013 Год назад
Iilmoo garii rabnii sif haa kenuu😭😭
@GantiOromo-tc3vs
@GantiOromo-tc3vs Год назад
Bissii galataa badhuu koottuu waqayyo nagadhaan sii haa hiiku hadhoo koo
@komikomi5861
@komikomi5861 Год назад
Yeronii.ilaluu.mucanii.tunii.irina.samusii.qabachuu.ini.olotuu.uuuff.💔🥺🥺😍😍
@shaleelhashem6695
@shaleelhashem6695 Год назад
Wwww Jabadhaa Qalii Namaa Waqayoo Sii WaniiJiraa🙏🤲👍
@yadoyadie-th2rv
@yadoyadie-th2rv Год назад
Waaqayyoo nagaan si haa hikkuu❤
@anaaneedhaabaa9344
@anaaneedhaabaa9344 Год назад
Waqayyoo nagaan si haa hikuu hadhee koo jabadhu waqayyoo si gargarraa
@AbdulQadar-yk8td
@AbdulQadar-yk8td Год назад
Subanallah dubartii namaa mitti 😢
@MartuuMartuu
@MartuuMartuu Год назад
Waqayyoo nagadhan sii yaa hikuuu❤❤😢😢
@demituenjigu7356
@demituenjigu7356 Год назад
Waqayyo saa gargaruu imaa koo😢❤
@cgvb6766
@cgvb6766 Год назад
Dhugaa jechi mucayyoo kanaa nama ajaayiba jechoota dandeessi jabduukoo
@halimaqasim3116
@halimaqasim3116 Год назад
Bagaa rabbini nagaa sii hike
@rufiyyaahmed4941
@rufiyyaahmed4941 Год назад
Rabbii na si hakkii mamaa tiyyaa❤
@likkeemekonin8288
@likkeemekonin8288 Год назад
Waqaayo gooftaan nagaadhan sii haa hikuu🤲
@worqaatube5385
@worqaatube5385 Год назад
Hayitii too abishiir abbaa fedhe caalta❤❤❤❤❤rabbiin nagahaan si haa hiiku❤❤❤❤
@Aminahusen8396
@Aminahusen8396 Год назад
Rabii sii haa hikuu
Далее
IJJIGAAYYOON MAAL TAATE???GUTUU ISAA ...TV LATTUU
36:05
ВОТ ЧТО МЫ КУПИЛИ НА ALIEXPRESS
11:28
when you have plan B 😂
00:11
Просмотров 27 млн
Friends
00:32
Просмотров 958 тыс.
EGEREE COMEDY: BASHKADAA EPISODE 8 - JAARSUMMAA
23:14
Просмотров 113 тыс.
Bofatu Keessaa Ba'e - Dhuga Baatii Ajaa'ibsiisa
39:26
Seenaa Jaal Nadhii marsaa 4 ffaa
11:01
Просмотров 11 тыс.
ትዳር ፈላጊዎች ከየትኛዉም አለም
2:06:45
SIRNA ULFAA SHORT COMEDY
5:17
Просмотров 101 тыс.
MARA HIIK DHALATEERA...//...TV LATTUU.
45:46
Просмотров 66 тыс.
ВОТ ЧТО МЫ КУПИЛИ НА ALIEXPRESS
11:28