Тёмный

Waadaa Diroo- Sitti Hajameera New Ethiopian Oromo Music 2020(Official Video) 

Vision Entertainment
Подписаться 710 тыс.
Просмотров 532 тыс.
50% 1

Видеоклипы

Опубликовано:

 

20 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 371   
@gammeAd
@gammeAd 4 года назад
Sirba Ajaa'ibaadha dhugaa nuuf jabaadha
@prophetmaranatashimelis
@prophetmaranatashimelis 4 года назад
Like Godhaa 👍👍👍👍
@buzeetube9144
@buzeetube9144 4 года назад
motii maati naf ta'ii
@tokkummaaofficial4914
@tokkummaaofficial4914 4 года назад
Baay'ee gaariidha oromoon silaa beekumsa sammuu qaba hojjaannaanis erraa bareeda garuu inaaffaa qaba waan tayeef sigargaaru hinfedhu wal utubuu hin jaallaatu nabira dabarti waan jedhuuf kamiifu jajjaabaadha
@shaggeeoro
@shaggeeoro 4 года назад
Wowww bareedaa sagaleen addumaa😍😍❤💚❤
@buzeetube9144
@buzeetube9144 4 года назад
shagge koo❤❤☕
@TechwithAdem
@TechwithAdem 4 года назад
Ummanni oromoo hundinuu koottaa maatii kiyya ta'aa na gargaaraa Diraamaa ispoortii fi Koomedii garagaraa achirratti ni dhiheessina Galatoomaa!
@arsiitoo7120
@arsiitoo7120 3 года назад
😂🥰🥰🥰💞
@alikodinko9158
@alikodinko9158 4 года назад
Yaa kuluulee xiqqoo koo, sagaleen kee nama urjii lakkofsisaa bulcha, sinbirroota muka irraa gadi harcaasa. Leenca fi qeerransa daggalaa yaasa ! Guddadhuu jiraadhuu horii manaa bultii godhadhu.
@beshirhasen1021
@beshirhasen1021 3 года назад
we www waada intala oromoon qabu qalidha jabaadhu
@babihuseen271
@babihuseen271 3 года назад
Waaw.sirba baay'ee gaariidha.baandiin sirbichaa akkasumas haaati sirbchas baay'ee natti toltanii jirtu.Vision entertemantiinis viidiyoo gaarii gaarii ta'e nuuf fida jirta.Haala kanaan immoo oromoo qofa osoo hin ta'in kan si jaalate addunyaa guutuu akka ta'u abdiin qaba.🥇🥇🏆🏆💖💖💕💕🥰🥰
@awalmusa1175
@awalmusa1175 4 года назад
WArraa vision jabadhaa hojii garii hojechaa jirtuu videon kessaa baredadhaa
@oromomusic3941
@oromomusic3941 4 года назад
❤️❤️❤️❤️sagaleen ni yaa’a akka bishaanii naman quuqxu Omg ❤️
@jaafargarmaama7540
@jaafargarmaama7540 4 года назад
Vision intartiment video baayye namatti tolu hojjachaa jirtu jabaadha safaarota caalaa 😊
@adisuyadessa3242
@adisuyadessa3242 4 года назад
Waw, jajjabduuko, hedduu x2 namatti tola, walaloo fi kilippii addaa 2020
@firriiamboosimbo913
@firriiamboosimbo913 4 года назад
Sanyiii taddeee birruuu 💪💪👍👍👍👍💗💗💗💗💗🙏
@tokkummaaofficial4914
@tokkummaaofficial4914 4 года назад
Jajjabee oromoo jabaadha bilisummaan fagoo miti bilisummaan of danda'anii jiraachudha
@ناصرناصر-ه7ز2ع
@ناصرناصر-ه7ز2ع 4 года назад
Dhugaa ketii
@gada5tube933
@gada5tube933 4 года назад
woow hojii baredadhaa. channel kan akka bakkaa guddoo gesaan abdii guddaa isin irraa qaban. jabadhaa
@zenebemideksa1247
@zenebemideksa1247 3 года назад
Woow Waadaa sirba ajaa’ibaati akkuma maqaa keetii waadaa guddaa sirraa eegna dandeetti qabdu kanaan akka iddoo guddaa geessu shakkii hin qabu . Bravo go ahead with ni limit ....
@boontuuwallaggaa7698
@boontuuwallaggaa7698 4 года назад
Wowowowow akkas malee intalaa abbaa gadaa nuuf jiraadhu umurii dheeraa uuuuuuumphaaaaa
@ebisatube430
@ebisatube430 4 года назад
Wow midhaaginna Sagalee! Wolaloo,ritimii, Video, muuziqaan keenya dirree irraa magaalaa galu qaba.
@firaolhailu6166
@firaolhailu6166 4 года назад
Waadaa Keegan sagale bredha Qabda jabdhu
@TheMotii158
@TheMotii158 4 года назад
Wow what Amazing voice!! Absolutely brilliant Job we need more this kind of fantastic job from you .❤️💚❤️
@nabilhajo7462
@nabilhajo7462 4 года назад
Bayye'ee tokkoo namati eee akkasiti jajabadhaa Arstis Oromoo Nuuf jiradha❤❤❤💪
@gummaabassii5850
@gummaabassii5850 3 года назад
Our Beautiful Girl with Amazing Talent!!!💓💓💓💓💓💚💚💚💚💚💓💓💓💓💓
@hawabonaa
@hawabonaa 4 года назад
Akaasii ghaa ijooleenn , oromo this is the best of the year
@ibraahimibraahim1670
@ibraahimibraahim1670 4 года назад
Jabadhuu
@tofikmohammad1235
@tofikmohammad1235 4 года назад
Bareeda Sabbontu ko jajjabadhu hamile siif taana yoo har'a nuti si jajjabeessine boru waan guddaan asnuubata I'm proud of you my sweet ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🇩🇪🇩🇪🇩🇪
@boohartiiooroo2561
@boohartiiooroo2561 3 года назад
Wow baay, ee natti tolee jira
@GadoTasisa
@GadoTasisa 4 года назад
Ijoollee Vision vidiyooo isin hojjettan nama boonsaaa, kana caalaa akka isin cimaa deemtan abdiin qabaa.
@kukushayutubechannel2994
@kukushayutubechannel2994 4 года назад
Heduu namati tolaa jabadhu sanyitoo
@tigistweyessa7092
@tigistweyessa7092 4 года назад
Haqqaakootiifi jillbaa nannqqabu!!!! Jabaadhu QERReekoo💪💪💪👏👏❤
@netsanetbogale9859
@netsanetbogale9859 4 года назад
The Amazing Video Clip, Poem ,melody and producation
@orodhiigako4768
@orodhiigako4768 4 года назад
Wo hedduu baredaa oromititii jabadhuu
@abdelkaderbakar9117
@abdelkaderbakar9117 3 года назад
Aswrwb akamii nagaa qabdaa
@hireemucaattiasaasa7698
@hireemucaattiasaasa7698 4 года назад
Sagaale akka ajaa'ibaa bareedduu qabdaa #Sanyii too
@naansiinkoo9183
@naansiinkoo9183 4 года назад
yeroo ammaa kanatti shamarran Oromoo jajjabeeffamuu qabu malee qeequu qofaan sirrii miti,akkas jechuunis qeequun hin barbaachisu jechuu osoo hintaane jabaadhu gara fuula duraatti waan kan caalu sirraa eegna jennee akka isaan jajjabaatan gochuudha.kanaafuu Waadaa Diroo jajjabee namaa jabaadhu fuula duratti,waan ammayyaa'aa ta'e kanneen aadaa callaqqisiisan waliin bareedaa kan ta'een hojjette ammallee fuula hawaasakeetti akka baatun jedha jabaadhu itti fufi duubatti akka hin deebinellllllllllll go a head
@munirajemal791
@munirajemal791 3 года назад
Woow heddu Namatti toltaa jabadhu bareddu tenna 👍👍👍👍👍👍💘♥️💘💞💞💞💞💞💞
@firriiamboosimbo913
@firriiamboosimbo913 4 года назад
Jaalaleekoon afeere galatomii dammaakoo
@hafizhochala9806
@hafizhochala9806 3 года назад
Nice music 🎹🎤📷🎻🎶🎧 dhugaa hedduu sii jalaana nuti ummani oromo
@jiituujiituu5207
@jiituujiituu5207 4 года назад
Woow bayyee bareeda
@tadeseterefe3164
@tadeseterefe3164 3 года назад
Baayee bareeda !! garuu sagalee ishee ,ergaa isaa fi suurrii isaa akka walsimuttii hin hojjetamne. xiqqoo erga sagalee ishee fi viidiyoon wal naaf simuu dide .
@wakjiramulugeta1798
@wakjiramulugeta1798 4 года назад
Bayyee Baredadhaa #jabadhuu!
@wakoyabelete6713
@wakoyabelete6713 3 года назад
bay'ee midhagaa galatomii sirbonii akkana jajabefamu qabu....
@shimeman
@shimeman 4 года назад
Hojii Gaaridha
@عوضعلي-ذ8و
@عوضعلي-ذ8و 4 года назад
Jabaadhu Bareedduukoo
@abdulhakimahmed6111
@abdulhakimahmed6111 4 года назад
Siribi ishe baye n'a mati Tola
@ergaajaalala4059
@ergaajaalala4059 4 года назад
Amazing oromo qarre eddo jirtu tessuma kee barbaade mamarmaare essa jirta jawwaare.
@falmatagada3422
@falmatagada3422 4 года назад
Guyyatii yoo xiqate yeroo 10 olii dhagefadha heduu nama tolaa
@fatimagebrie7391
@fatimagebrie7391 3 года назад
Wow bayye baredaadha jabaadhu jajjabessame ♥️♥️♥️♥️💗💗💗💗💗💗💖💖💖💖💖💖💖👍👍👍👍👍
@biliseeintalaamboo8224
@biliseeintalaamboo8224 3 года назад
Wow sirba aadaafii ammayyaa wol keessa makte jabduu intalaa nuuf jiraadhu❤🖤🤍
@waliifnimooti974
@waliifnimooti974 4 года назад
Bareeda.itti fufii jabaadhu
@katibtube9836
@katibtube9836 4 года назад
I like all part of this music !!!
@Ibsaasabaa18
@Ibsaasabaa18 4 года назад
Waan bayye garii kun artistoon keenya qophaa osoo hin tane walli wajii dalguu yalaa qophaa qophaa figuu bu’a hin qabu.
@takkoushcell3446
@takkoushcell3446 4 года назад
Wowoww bay'yee baredaa Hundii isatu sagalee Kee aji'baa Bareduu Koo jabadhuu galatom
@ramadanahmed9174
@ramadanahmed9174 3 года назад
Baayyee bareeda jabaadhu fuula duratti nama jabduu tahuu kee shakkii hin qabu
@keenboon108
@keenboon108 4 года назад
Jirraa jirtuu Oromo
@dammadaamuuiluu5473
@dammadaamuuiluu5473 4 года назад
wowowowo bayyeee namattiii tolaa 💋💋💋👌
@feyruzaabdalla1787
@feyruzaabdalla1787 3 года назад
Sirba bayyee toludha jabadhu gifti koo
@sinboneeyearsiilij1895
@sinboneeyearsiilij1895 4 года назад
Sirbaa kan bayy'ee jaladhaa dhagefadhee Qufuu dadhabee waadaa køø jabadhuu jabduu køø ❤💚❤
@gelant8609
@gelant8609 3 года назад
bayye bayye namaattii toola nuuf jaabaadhuu sanyii tenyaa.
@mukhtarebrahim4512
@mukhtarebrahim4512 3 года назад
Dhugaa baayee bareeda sanyii ofi jabbadhu
@seensisadhugaaseensisadhug9196
@seensisadhugaaseensisadhug9196 3 года назад
Wow bay'ee mi'aa jabadhu 👍👍👍
@shageeseenaa4957
@shageeseenaa4957 4 года назад
Sagalleen kee bayyee midhagaa jiraadhu saboontu oro
@mimishekediir1028
@mimishekediir1028 4 года назад
Wowwwwww bay'ee namati tola jabadhu lammii tiyyaa
@shimeman
@shimeman 4 года назад
Birraa Discriptionii barreessaa.
@rewyuu9401
@rewyuu9401 4 года назад
Qashtii
@gammee12
@gammee12 4 года назад
Bareedduu intalaa....sagaleen ishee akkam namatti tolaa
@freearsi2958
@freearsi2958 4 года назад
Wowwww bayyee namatii tolaa barrii oboroo 💋💋💋💋❤❤❤💚💚❤❤❤💯💯
@eleniseboka3077
@eleniseboka3077 4 года назад
Wow wada yemchesh arif new berche
@firriiamboosimbo913
@firriiamboosimbo913 4 года назад
Dhageeffaadheen qufuun dadhabdee💋💋💋💋💋💖💖💖💖
@kidanefikadu1092
@kidanefikadu1092 4 года назад
Artiin oromoo ammaa guddachutti jira. Dhaloonni haara gamaa hundaan raajii dalagaa jiru. Weellistonni keenya aadaa waliin dalaguu jajjabeessa.
@abdiiahmad4866
@abdiiahmad4866 4 года назад
Bayyee bareeda galatoomi jechumafi
@sifaanjaalatuoromoo7051
@sifaanjaalatuoromoo7051 4 года назад
Jabdukooo nu jiradhuu
@maruuffaarif8279
@maruuffaarif8279 4 года назад
Jiradhuu tokkiiti akkaa kumaa sirbaa basaan akkaasi
@biftuu..oromiyaa2024
@biftuu..oromiyaa2024 4 года назад
Wow Bareduu oromo 👌👌💚❤💚
@firriiamboosimbo913
@firriiamboosimbo913 4 года назад
Ajaa.ibaa sagaaleekee💞💞💞💞💞💞💞
@hiliyamohamed2612
@hiliyamohamed2612 4 года назад
Wow bayee Gariidha ana duraa lale leki nafa godhaa galtoma 🤣 Eliyas Tube
@hiliyamohamed2612
@hiliyamohamed2612 4 года назад
@Eliyas Tube
@buzeetube9144
@buzeetube9144 4 года назад
@@hiliyamohamed2612 ❤❤❤
@hiliyamohamed2612
@hiliyamohamed2612 4 года назад
@@buzeetube9144 galtomiii
@buzeetube9144
@buzeetube9144 4 года назад
@@hiliyamohamed2612 kotu maati naf ta'ii siin debisa❤☕
@hiliyamohamed2612
@hiliyamohamed2612 4 года назад
@@buzeetube9144 atii kutuu gama kiyaa anii mana ke dhaqee
@kiyaa88
@kiyaa88 3 года назад
kilipiin bayee baredaa dhaa galatomii sanyii koo
@hawiitube5462
@hawiitube5462 4 года назад
Woowwww sagalee baredaa qabdaa garuu osoo shimalii suni haafe bayyee baredaa jabadhu😍😍👌👌
@dinaolmuleta9977
@dinaolmuleta9977 3 года назад
My best! sitti haajameera!
@sahra4091
@sahra4091 4 года назад
yaa sabaa gottotta.
@kiyaa88
@kiyaa88 3 года назад
siirbaa bayee namaattii toluu dhaa jabadhuu kanaa calaa hojedhuu sanyii koo
@sanyiihachaluhundessa3529
@sanyiihachaluhundessa3529 4 года назад
Wwwwwww.bayye.bareda❤❤❤❤❤❤👌👍💪
@MurtiEntertainment
@MurtiEntertainment 4 года назад
Oromo😍😍😍😍😍shewa
@nisrineb.bouabboud5063
@nisrineb.bouabboud5063 4 года назад
Jajabee to jajabadhu bayy'ee namatii tolaa lammii koo oromumaa koon hedduun bonaa dinaa kenyaa fibolaa
@EnglishwithMubarek
@EnglishwithMubarek 4 года назад
Sagaleef Warabiin Barreeffamni Garagara Video irraa Jirachu Dhabun Waluma Gaalatii Hojii Gariidha Gabadhaa Xiqqo Ni Dheereete Garuu
@firhansiraj4362
@firhansiraj4362 4 года назад
Wow heddu natti toleraa bayee adda dhugadhafi
@azuuleetube
@azuuleetube 3 года назад
Jabduu fi Sabboontuu Oromoo🙏
@musaboro5845
@musaboro5845 3 года назад
Amazing song
@abbaabiyyummaa2484
@abbaabiyyummaa2484 4 года назад
Miciyoon akkam bareeddii!!!!!!!
@asresahegnbelachew8419
@asresahegnbelachew8419 3 года назад
jabaadhu sanyii ofii
@sumeeitalaaarsioromofarti7772
@sumeeitalaaarsioromofarti7772 4 года назад
Jabdhuu mucaatini bayee cimtudhaa like ittii robsaa jajabesaa ijolee teenna 💞♥️💞♥️💞♥️💚💚♥️💚💚
@hanniilove1644
@hanniilove1644 4 года назад
Bayyee gaariidha 😍😍😍😘😘😘😘
@tayeteshomeoromiageoprocess
@tayeteshomeoromiageoprocess 4 года назад
WOOOOOOOOOOOW Akkasi malee sagalee shubbisni vedion 100% irraa galchitee
@Waadaa430
@Waadaa430 4 года назад
Clip bareedaadha.Garuu wanti nu nuffisiisaa jiru "Ritimii" walfakkaataa faashinii godhatanii isa sirban kanadha. Jijjiiraa aadaa Oromoo baldhaadha.Tirrii,Shaggooyyee,Hiyyaasee....
@mengistuyai6832
@mengistuyai6832 3 года назад
It is colourful and attractive music
@Ja-ph4ik
@Ja-ph4ik 4 года назад
Bareeda garuu👇 Wolaloon isaa bareeda yeedalon garuu nama harkisu. Ka biraa akkuma woliigatti sirba yoo hojjattan yeedalo isa bifa adda tahen hojjadha maalif jennan sirbi oromo hedduun isa shimalumaaf dullaa qabatanii uttaalu oorru qotee bulaa keessatti vidi'oo woraabu kana keessa bahuu qabdu Ka biraa wolaloo yoo barbaaddan isin gargaaru dandeenya.
@giiftiifromoromia8769
@giiftiifromoromia8769 4 года назад
Lakki baredaa bar kaani isheni jalatetu qote buladha akkasi ibsa sirbichi.
@katibtube9836
@katibtube9836 4 года назад
Dhifama Afaan Oromoo sirriitti qubeessuuf yaalii bro
@Ja-ph4ik
@Ja-ph4ik 4 года назад
@@katibtube9836 tole galatoomi 👏
@gedamohatube8233
@gedamohatube8233 4 года назад
Dhugaa yadaa gudaa artii oromo gudisuu dandau yanii kee 👍👌
@fatambushura9678
@fatambushura9678 4 года назад
Na dubbisa me
@kenobenti
@kenobenti 3 года назад
Ijoollee jajjabeessuun cimee itti fufuu qaba. Sirba bareedaa yoomillee taanaan gurraaf toluu qarree keenya irraa dhaga'uun baayyee nama boonsa. dhugaa badhaasaa argachuu qabda dandeettii addaa qabdu kana nuuf hiruu keetifin jedha. Guddaa Galatoomii.
@oromiyaabiyyaakoonibilisoo5168
@oromiyaabiyyaakoonibilisoo5168 4 года назад
sagalleen akka bishaan ya'aa
@malianegnyoutube.4275
@malianegnyoutube.4275 4 года назад
በጣም ዓርፍ ነው jajjabessa ተምቺቶኛ
@letaabebe2654
@letaabebe2654 3 года назад
Ajaaiba sirbaatti dhugaa waa sin dhabuu
@kiyaa88
@kiyaa88 3 года назад
waa sii dhabuu waa sii dhabuu waa sii dhabuu bayee nattii tolee sirbii kunii bontuu intalaa oromoo
@datospora5770
@datospora5770 4 года назад
baayyee baayyee bareedaa. jabaadhu. wow wow
@melatfugddy9858
@melatfugddy9858 4 года назад
Bayye baredaa❤💚❤
@mulukenkebede_mk
@mulukenkebede_mk 3 года назад
Well done sabbontuu koo....heddu bareeda! Jabaadhu
@hafizhochala9806
@hafizhochala9806 3 года назад
Wwooww nice misic oromo
Далее
KUUDHAAMA KOO Oromo Music by Waadaa Diroo
6:36
Просмотров 1,1 млн
How to Install and Use an Adjustable TV Arm
00:18
Просмотров 1,1 млн
FiB:Weellistuu Waadaa Diroo fi Eliyaas Kifluu
7:05
Просмотров 130 тыс.
New oromo  🎶 full album 💔✌💯
41:32
Просмотров 2,7 тыс.
Sirboota babbareedoo yeroo dhiyoo p2
28:40
Просмотров 11 тыс.
Sona Takele - WARRA BOOLEE - (Official Music  Video)
4:55
연준 (YEONJUN) ‘GGUM’ Official MV
2:44
Просмотров 8 млн