Тёмный

Wadaay 1 | Diraamaa Buhaarsaa Fi Barsiisaa Afaan Oromoo |2021 

Roras Tube
Подписаться 223 тыс.
Просмотров 523 тыс.
50% 1

#RorasTube #Oromocomedy #DiraamaaAfaanoromoo Buhaarsaa fi Bashannansiisaa Kana Erga Daawwattanii Subscribe Like Share Godhuu Hin Dagatinaa
RorasTube Filannoo Nama Qaalii Subscribe Like Share Godhaa Galatoomaa
Wadaay 1ffaa • Wadaay 1 | Diraamaa Bu...
Wadaay 2ffaa • Wadaay 2 |Diraamaa Buh...
Wadaay 3ffaa • Wadaay 3 | Diraamaa Af...
Wadaay 4ffaa • Wadaay 4 | Diraamaa Af...
Wadaay 5ffaa • Wadaay 5 - Diraamaa Af...
Wadaay 6ffaa • Wadaay 6 - Diraamaa Bu...
Wadaay 7ffaa • Wadaay 7ffaa Diramaa ...
Wadaay 8ffaa
• Wadaay 8 | Diraamaa Af...
#ethiopianmusic #comedyafaanoromoo #oromomusic2023
Fiilmii Afaan Oromoo haaraa
#ethiopianmusic
#ethiopianmovie
#oromomusic
#comedyafaanoromoo
#tadelegemechu
#sabbarzeenaa
#oduuammee #gelanagaromsa #oromomusic2023 #kiyyoo #kanamovies #tigrignamusic #ertrian
#foryoupage #ethiopianmovie #oromomusic #oromodiramakiyyoo @visionentertainment4507 @DrNafyadGetuOfficial #egereemedia
1K ✅ thanks guys 🙏
5K ✅ thanks 🙏
10K ✅ i love 😘 you guys
50K ✅ thanks 🙏 guys
100K ✅ I love you 🥰🥰 guys
200K ✅ I Love you more and more guys
300K🔲
400K 🔲
500K 🔲
600K 🔲
700K 🔲
800K 🔲
900K 🔲
1M. 🔲
1.5M 🔲
2M. 🔲
2.5M 🔲
3M. 🔲
.
.
.
10M. 🔲❤️ MY DREAM

Развлечения

Опубликовано:

 

9 июн 2021

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 656   
@kadirharamaya
@kadirharamaya 3 года назад
Diraamaan Kana Caalu Yeroo Ammaatti Hinjiru Like Itti Roobsaa Yaa Oromoo
@MameTb
@MameTb 3 года назад
Matii naf tahii sif tahe Jira
@zainmusta8685
@zainmusta8685 3 года назад
ru-vid.com/video/%D0%B2%D0%B8%D0%B4%D0%B5%D0%BE-Jp9Dowau2SI.html
@zainmusta8685
@zainmusta8685 3 года назад
@@MameTb hayyega me atis
@MameTb
@MameTb 3 года назад
@@zainmusta8685 tolee
@zainmusta8685
@zainmusta8685 3 года назад
@@MameTb sher godhi jallowan khetis naf afeeri habibi khiyya qaali
@AlishoTube
@AlishoTube 3 года назад
Gallakkifamee Jira Diraamaan Hawwii Guddaan Eeggachaa Turtan RU-vid Channal Roras Tube Irratti Daawwadhaa Like Share Waliif Godhaa
@MameTb
@MameTb 3 года назад
Alikenyaa atis kotuu matii naf tahii
@zainmusta8685
@zainmusta8685 3 года назад
ru-vid.com/video/%D0%B2%D0%B8%D0%B4%D0%B5%D0%BE-Jp9Dowau2SI.html
@oromiyanbiyya9561
@oromiyanbiyya9561 3 года назад
😂😂😂😂😂😂amisho fi faaiza likiitti dalagan
@zainmusta8685
@zainmusta8685 3 года назад
Hundi khenya warri oromoo taane maati walif haa taanu wal haa hordofnu yo nuti wal hin hordofne sabni biro Tokko kha nu hordofu hin jiru nutuma kha wal guddisu dandahu nutuma kha wal khufisus
@balisayusuuf4334
@balisayusuuf4334 3 года назад
Abshiir hajjii mansuur kiyyaa
@aanaashow2403
@aanaashow2403 3 года назад
Wadayi Dhugaa Ati Nama Gaarii dha🙏🙏🙏🙏 Amiro Jabaadhu Leenca ko💪💪💪💪💪💪
@MonaMona-zj8fy
@MonaMona-zj8fy 3 года назад
Namni diiramani kuni itti fufu qaba jetaani like 👍 godhaa
@iluuwatube7237
@iluuwatube7237 3 года назад
Maati nataiimee
@aeeabb2262
@aeeabb2262 Год назад
Wly waraa dirama hojatuu hundaa ketu dasii jedhaa jabadhuu ❤️❤️😍
@nuraibasha1948
@nuraibasha1948 3 года назад
Masha’Allah heddu takka namatti tola jabadha lamitto nama ijaa qalbii qabuf dhamssa gudda ifkhessa qaba Jabadha
@MehadiiTube
@MehadiiTube 3 года назад
Dhugaa dream keessaan bayyee nama toola pls paartii itti godhaa dream keessaan yeroo hundaa nuuf gadii dhisaa ijoollee Biyyaa koo ❤️🌳❤️
@saboontutube881
@saboontutube881 3 года назад
Medadii matii naaf tahi sanyiko
@MehadiiTube
@MehadiiTube 3 года назад
@@motitube9293 atiis kottuu
@motitube9293
@motitube9293 3 года назад
@@MehadiiTube sif dhufee kunoo
@abdurahmandawid6153
@abdurahmandawid6153 3 года назад
Masha Allah heddu bareeda jabaadha amaantti teenyaa wajjin wal qabsiisa nuf hojjadha heddu bareeda
@YNAOROTUBE
@YNAOROTUBE 3 года назад
Wow ammiron hujii isaatuu arrkaatee
@MameTb
@MameTb 3 года назад
Atis kotuu matii naf tahii
@jaferahmed2433
@jaferahmed2433 3 года назад
Alishoo Is the best
@wahibramis627
@wahibramis627 3 года назад
😂😂🤣Wallahi diraama abbaa fedhee chaala "lenca khoo itti fufi Good job!
@ganootube7855
@ganootube7855 2 года назад
Matii nafii taa me
@nasmawadi4958
@nasmawadi4958 3 года назад
Wonderful drama I'm really like it
@FayaJiru
@FayaJiru 3 года назад
Welcome roras
@MameTb
@MameTb 3 года назад
Kotuu matii naf tahii sif tahe Jira
@kuniistube209
@kuniistube209 3 года назад
Kkkkkkkk wow wadaay comedy best amiir show kiyaa
@qalkidanyoutube5507
@qalkidanyoutube5507 2 года назад
Matii naa ta.ii moo
@kuniistube209
@kuniistube209 2 года назад
@@qalkidanyoutube5507 atii dura naf ta"ii moo
@qalkidanyoutube5507
@qalkidanyoutube5507 2 года назад
@@kuniistube209 tolee atilee kotuu
@hamdiyayusuf9069
@hamdiyayusuf9069 3 года назад
Dhuga Rabbi diraman kuni erga barreda of keysa qaba kuni wanuma jiru takka
@zeynabaabdulahi2477
@zeynabaabdulahi2477 3 года назад
Beautiful and interesting comedy I Love it Amiro jabadhu 💪💖💕💖🐆💖💕
@tiyatiya4942
@tiyatiya4942 3 года назад
Dirama barsiisaa buharsaa mashallaah jabadhuu itti nu fufii rorsa🌹
@hawiitube1848
@hawiitube1848 3 года назад
Namati tolaa jabadhuu roras Orommo ko kotaa likee godhafi
@iluuwatube7237
@iluuwatube7237 3 года назад
Koottuu nabiraa matii naatahii mee
@abdurahmanmumado2502
@abdurahmanmumado2502 Год назад
Wallaahi diraamaa bareedaadha itti nuu fufaa ummanni oromoo nuuf jajjabeesaa like irratt nuuf roobsaa galatoomaa amiirishoo keenya
@mustaqimtube2914
@mustaqimtube2914 3 года назад
please part 2 nuf dalaga
@nafesamohd9073
@nafesamohd9073 3 года назад
Diramaa bareda jabadha 🤣🤣🤣🤣🤣🤣💖💖💖
@ganootube7855
@ganootube7855 3 года назад
Itii fufaa bayee baredaa 🤣🤣🤦‍♂️🥰
@qalkidanyoutube5507
@qalkidanyoutube5507 2 года назад
ganoo bareedu koo maloo matii naa ta.ii
@ganootube7855
@ganootube7855 2 года назад
@@qalkidanyoutube5507 ok atilee kotuu
@bilquuto2139
@bilquuto2139 3 года назад
Kkk waaaw baruumsa guddaa qaba dhugaa.👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
@alhamdulilaahi3411
@alhamdulilaahi3411 3 года назад
Wayyii Aamiri hojii kee hhhhhhhh Jabadhaa heduu baredaa it fiufiiii👍❤
@sanyii8781
@sanyii8781 3 года назад
Oromoo koo 💖Maatii naaf ta'i Anis siifin ta'aa Video jalatti comment naaf Barreessi💓 Nan dhufa💕
@sumayaasumayaa9597
@sumayaasumayaa9597 3 года назад
Mashaa Allah Ammar kenyaa Nuuf jiradhuu baromasaa gudaa Qabaa💞💞👍
@sanyii8781
@sanyii8781 3 года назад
Sumaya💖Maatii naaf ta'i Anis siifin ta'aa Video jalatti comment naaf Barreessi💓 Nan dhufa💕
@boonaawalloo9428
@boonaawalloo9428 3 года назад
Wow Wallahi Filmi Keesan Hagga dhuma ilaale Baay'e ittin Bohaare ittin Koolfe irra Caala filmiti Jabaadha 💚💚💚💚💚💚💚👍👍👍🤣🤣🤣🤣
@Oromiyaa0401
@Oromiyaa0401 3 года назад
well done Amira for your good work brh best dream hope you I’ll bring more thanks 🙏
@lishantube3157
@lishantube3157 2 года назад
Matii nafi tahii me sanyee ko
@Oromiyaa0401
@Oromiyaa0401 2 года назад
@@lishantube3157 as long as you oky with it I’m down
@muhamedmahamud5463
@muhamedmahamud5463 2 года назад
@@lishantube3157 8
@bilquuto2139
@bilquuto2139 3 года назад
Jabaadhaa itti fufaa. ...💪💪💪❤
@ayatoroba7667
@ayatoroba7667 3 года назад
Jabadhuu bayyee baredaa sanyii koo itti fufaa
@sunabintoro1125
@sunabintoro1125 3 года назад
Welcome amiri wowowow tafadali isini jana💕❤❤❤
@zainmusta8685
@zainmusta8685 3 года назад
ru-vid.com/video/%D0%B2%D0%B8%D0%B4%D0%B5%D0%BE-Jp9Dowau2SI.html
@sabbontuusanyiijawaarzmzam1084
@sabbontuusanyiijawaarzmzam1084 3 года назад
Bayye naatii tolte diramma keesani 💔💔💔💔❤️😍😍😍
@mominauaq5731
@mominauaq5731 3 года назад
Wwww mashaala ittii fufaa hedduu namati tolas
@siffanisennakoo9660
@siffanisennakoo9660 3 года назад
Jabadhu sanyi koo 😁❤
@Itayyatube2
@Itayyatube2 3 года назад
Kottaa maatii koo taha Oromo ko ❤️💘
@sanyii8781
@sanyii8781 3 года назад
Oromoo koo 💖Maatii naaf ta'i Anis siifin ta'aa Video jalatti comment naaf Barreessi💓 Nan dhufa💕
@ilhamhusein6667
@ilhamhusein6667 3 года назад
Hhhh jabadhu sirra bareda
@murataashow3296
@murataashow3296 3 года назад
Ergaa barredaa good job!
@sanyii8781
@sanyii8781 3 года назад
Bra💖Maatii naaf ta'i Anis siifin ta'aa Video jalatti comment naaf Barreessi💓 Nan dhufa💕
@nuraaibrahim9231
@nuraaibrahim9231 3 года назад
Amiir sanuu dhugatee ka’aa kkkkkkk ❤️👍
@obseorotube8772
@obseorotube8772 3 года назад
Jaladhaa itii fi uuu aaaa 🤣🤣❤❤❤❤💘💘💘💘
@qalkidanyoutube5507
@qalkidanyoutube5507 2 года назад
Obse maloo matii nafii ta.ii
@muna24tube66
@muna24tube66 3 года назад
Wowww waani ajaibaa hojaata jirtu maloo like iti robsaaa 😍😍😍😍❤️❤️❤️
@qalkidanyoutube5507
@qalkidanyoutube5507 2 года назад
Maloo bareedaa koo matii nafii ta.ii
@hamdiyayusuf9069
@hamdiyayusuf9069 3 года назад
Masha Allah baye Namati tola baga ngyan nuf dhuftan
@oroentertainmenttube8679
@oroentertainmenttube8679 3 года назад
Hamdiya jabduu ko matii naf ta'ii 🥰
@sirajwalloo8831
@sirajwalloo8831 3 года назад
Wow baay'ee namaa boharsa jabaadha👍👍👍👍👍👍
@jaamilajaamila4677
@jaamilajaamila4677 3 года назад
Hhhhhhhh yaa hojii tee rorasaa bagaa rabbii dhugaa tee basee misikiina bareeda ittii fufaa peals 👌👌👌👍👍🥰🥰🥰🥰♥️♥️♥️♥️💔💔💔💔
@ayanebrahim7588
@ayanebrahim7588 3 года назад
Good job heduu namatii tolaa galatoma hundi keysanuu
@Kingmureofficial
@Kingmureofficial 3 года назад
jbadhaa amlee 😍
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 года назад
Naf mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💞
@badhatubadhatu1637
@badhatubadhatu1637 3 года назад
Akkanumaan itti fufii amiroo ko👌🤣♥️♥️
@ganootube7855
@ganootube7855 3 года назад
Me matii nafii taa
@faamiiabdallaa9367
@faamiiabdallaa9367 3 года назад
Weel Come roras👍👍👍👍👍👍💞💞💞💞
@senashow6771
@senashow6771 3 года назад
Wow Diramaa barumsaa garii qabduu ittii fufaa
@hawwiiyyeesabootusabaa3105
@hawwiiyyeesabootusabaa3105 3 года назад
Wowwwwwwwwwwwooo jabadhaa baayee namati tolaa jabadhaa qashxiwwaani koo Ilove you 💔🌳💔💯💯💯💪👍
@faladinSK
@faladinSK 3 года назад
Mucaa kana diraamaa mixmixa irrahin eegalee jaaladhe! Jabaadhu
@sumaayaayaya6441
@sumaayaayaya6441 3 года назад
Kkkkkkkkk wooyyii dirmaa dhumaa iraa nanti tollaa
@iyyasuusgooftadha1112
@iyyasuusgooftadha1112 3 года назад
Hhhhh💪jabadhaa bayy ee nam boowarsaa😂😂😂😂
@MameTb
@MameTb 3 года назад
Kkkkkk uuuuuu abboo osson kofalutii shain fulatii na naqamtee wly
@harunhasen3104
@harunhasen3104 3 года назад
muca ajaahibaa naatii tooltee bar long live
@kadijaedao571
@kadijaedao571 3 года назад
Kkkkkkkk 👍👍👍👍👍👍barumasa gudda qaba Abba bekku mashaalla
@ademawel9458
@ademawel9458 3 года назад
dhugaa rabbii oflaan dhumnee hedduu namatti tola roras aakira irrati koflaan dhumnee
@karaankeenyabaruufibarsiis8090
@karaankeenyabaruufibarsiis8090 3 года назад
As wr wb akkami nagayaa fayyaadhaa sah obboleeyyan islaamaa
@sanyii8781
@sanyii8781 3 года назад
Obboleessaakoo💖Maatii naaf ta'i Anis siifin ta'aa Video jalatti comment naaf Barreessi💓 Nan dhufa💕
@uuuu8703
@uuuu8703 3 года назад
Masha Allah haluma kanaan 1faa 2FAA ja,aa iti fufaa
@aanaaabbaas6991
@aanaaabbaas6991 3 года назад
Wwwww maash allh heduu namaa buwarsitan jabadhu roras
@mullatavine2229
@mullatavine2229 3 года назад
Mashaa Allah Jajjabaadhu Goota Koo
@ethiopia9515
@ethiopia9515 3 года назад
🤣🤣🤣🤣🤣❤❤❤❤❤oromoo koo wal jabbessaa 🙏🙏🙏🙏
@sanyii8781
@sanyii8781 3 года назад
💓💓💓💓
@fariyaatubee
@fariyaatubee 3 года назад
Wayii kofalaa duyee Amiree jabbdhuu heduu namtii tolaa wly 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
@imabetgirmaa3430
@imabetgirmaa3430 Год назад
Jabaadhaa yaa oromoo koo namatii tolaa baay,ee tokkoo
@aishagerbo6309
@aishagerbo6309 3 года назад
Wowowo heduu nama tollaaa itti fufaaaa akkanumati ijjoollee oromo issini itti jaabdhaaa laki sheki sabisikirayi godha please woli haa gudisinu
@Buttii
@Buttii 3 года назад
Kolfan dhumnee ittii fufaa 💯💯
@rayanahmohammad4112
@rayanahmohammad4112 3 года назад
Jabadhau namati tolaa sanyii koo nama gamachisa💞🐅💖🤣
@leellootube7863
@leellootube7863 3 года назад
Wowwwww jabadhaa kanaa calaa isn irraa egnaa
@ghazalaghazala4101
@ghazalaghazala4101 2 года назад
Walhi byyeeee barrssiissafi bashananisisa 😃😃😃😄😄😄😍😍
@oromotiiarsii9115
@oromotiiarsii9115 3 года назад
Jazaa hum min jismiil ammal jedhanimii ree kkkkkk galatoomaa
@sanyii8781
@sanyii8781 3 года назад
Oromtittii💖Maatii naaf ta'i Anis siifin ta'aa Video jalatti comment naaf Barreessi💓 Nan dhufa💕
@hamzejames7927
@hamzejames7927 3 года назад
Wow Diraamaa bareedaan as dhiheenya kanatti arke keessaa tokko. Jabaadhaa Amiir khoo hojiin keessan namatti tola 👏👏
@bachamulatu9617
@bachamulatu9617 3 года назад
Haala gaariirra jirtu jabaadhaa.
@AsifTV2708
@AsifTV2708 3 года назад
HAALuma kanaan itti fufi Jabaadhu Amir kenya
@juneevine1751
@juneevine1751 3 года назад
Heddu nama tola jabadha amir show hoji ke nyadhu kolfan muxux nu goote ya mixmixxa Alishoo kiya baba jabadhu💪💪
@aliimahammad8021
@aliimahammad8021 3 года назад
Maashaa Allah Kolfa dhumne ittii fufa 💚❤💚💯💯
@sahs381
@sahs381 3 года назад
Wooooow jabadha barrussa heddu of kessa qaba
@karimaabintiihuseen4181
@karimaabintiihuseen4181 3 года назад
Maashaa alahaa maashaa alahaa maashaa alahaa maashaa alahaa heduu namati tolaa
@hamdiyayusuf9069
@hamdiyayusuf9069 3 года назад
Hhhhhhhh Amir histi namati gidhini ha janjanu
@abadiirabbiirabbii9783
@abadiirabbiirabbii9783 3 года назад
Dhugaa barumasa guddaa qaba itti fufaa rorasa 👍👍👍👍
@abdunasirkedir5023
@abdunasirkedir5023 3 года назад
jajjabaadhaa jajjabaadhaa hojii gaarii hojachaa jirtanii waan bareedaa ergaa bareedaa qabaa
@sabontuusabaa3249
@sabontuusabaa3249 3 года назад
Mashla Allah jabadhu😍😍 kkkkk🤭🤭😏
@nuraamohamadanuraa3843
@nuraamohamadanuraa3843 3 года назад
Baga ngy dhuftan qaqaliwan kenyaa jabadha
@itinhojachuf8809
@itinhojachuf8809 3 года назад
Heedduu namatii tolaa Roras Tube jabadhu
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 года назад
Itin mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍😍💞
@user-dq6ir3nr1u
@user-dq6ir3nr1u 3 года назад
Kkkkkkkkkk bayyee namatii tolaa dhugaa
@karimafamily1746
@karimafamily1746 3 года назад
maatii naaf ta'i sanyii koo
@baraobsa8156
@baraobsa8156 3 года назад
🤣🤣🤣 jabadhaa.......itti fufaa
@MameTb
@MameTb 3 года назад
Lammii too kotuu matii walif tahan
@OkariMbaka
@OkariMbaka Год назад
😂😭🤗🥀🥀😂😂❤❤ Amir🥀🥀❤ Walaah.drama babaredha ❤Akan ojatha jabadhu ❤❤obolesa kiya ❤ diyadhu 👏👏🌷💗😭🤙😁😃😃
@oromiyaaormoo2685
@oromiyaaormoo2685 3 года назад
Mashaallaa Dhugaakeeti 🤣
@alamudiinalamudiin8174
@alamudiinalamudiin8174 3 года назад
Amiroo diraman kee hedu namatii tollaa jabadhaa hojadhaa kolfan nu fixan
@mussaidiris7737
@mussaidiris7737 3 года назад
Baayee namatitola masha allah
@zeynebahusen6326
@zeynebahusen6326 3 года назад
Bay'ee Gaalatoma waan Bareeda hojataan❤❤❤❤❤
@shafisoaqilofficial629
@shafisoaqilofficial629 3 года назад
Roraaas jabadhu
@nabilaishak7341
@nabilaishak7341 3 года назад
Keep it up
@sitaahmed7876
@sitaahmed7876 3 года назад
Waay wadaay koflaan dhumnee dhugaa . 😆😆😄😄😄😄dramaa erga bareddaa qabudha jabadhu Amiir Kenyaa 👍👍👍buna sukaara hin qabne kottuu gad ta.ii attuu sukaara hin qabdu wiiiiii🙃🙃🙃😉😉
@sanyiitaddassabirruy7564
@sanyiitaddassabirruy7564 3 года назад
Lecaati bassaa orramo dhalchitte bayyen si jalladha 💯💯💯💯💯💯✔️✔️
@rozarozroz8065
@rozarozroz8065 3 года назад
Baayye namatti tolaa jabadhaa
@RashaadTube
@RashaadTube 3 года назад
Wwww Abo it nuuf fufa dirama ajaibati Roras isa nama walit dirtu dhiisi 😂😁😁😁🙄
@mammeeabditube7554
@mammeeabditube7554 3 года назад
Baay,ee namatti tolaa jabaadha lammii koo💔
@yusuforomo3949
@yusuforomo3949 3 года назад
Amiir Egumsaa kee jabeesi hin muginii kkkk hundafuu jabadhaa Amalee
@meetgishu
@meetgishu 3 года назад
Wooooow kutaa 2ffaa dafaa 💓💓
@meetgishu
@meetgishu 3 года назад
Watching you from Canada 👩🏼‍💻👀
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 года назад
@@meetgishu Mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍😍
@nuraaibrahim9231
@nuraaibrahim9231 3 года назад
Wyii amir atuu sukara qabduu kkkkkkk obolesaa kiyaa jabadhuu 💝wllhi koflaan du’ee
@mariyairboo8443
@mariyairboo8443 3 года назад
Wowo bayee bareda jabadha iti fufa Wada Very Nice 👌 nafi tate 😁😁
@iskandarabrahim3843
@iskandarabrahim3843 3 года назад
Wow hedduu namatii tolaa
Далее
Что не так с воздухом в Корее?
00:45
Oobsa | Diraamaa Afaan Oromoo | 2022
24:00
Просмотров 244 тыс.
March 16, 2024
5:43
Просмотров 732
Qorii | Diraamaa Barnoota Guddaa Qabu- Roras Tube
21:35
Fincaan Oromo Comedy Drama 2021
11:50
Просмотров 36 тыс.
Bahaliyake Tv: New Diraama Afaan Oromo 19/01/2024
23:04
Hattuu Jaartii| Diraamaa Afaan Oromoo 2019
15:39
Просмотров 292 тыс.
бим бам бум💥💥 типа..
0:18
Просмотров 2,6 млн
БАТЯ И ТЁЩА😂#shorts
0:58
Просмотров 3,5 млн
НИЧЕГО СЛОЖНОГО
0:21
Просмотров 3,6 млн