Тёмный

Yaalii Baqaqsanii Deessisuu (C/S) jalqabaa hanga dhumaatti kutaa Yaalii baqaqsanii yaaluu keessatti 

Dr Nafyad Getu Official
Подписаться 303 тыс.
Просмотров 14 тыс.
50% 1

#jointpain
#Cesariansection
this channel to get access to perks:
/ @drnafyadgetuofficial

Опубликовано:

 

9 мар 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 110   
@caaltuutube7217
@caaltuutube7217 4 месяца назад
Wowu dhugaa dubbachuuf baayyee barumsa guddadha kun Dr. Naf nuuf jiraadhaa ❤❤ Itti nuuf fufaa fayyaan faaya ❤💔💔
@oromiahailee4491
@oromiahailee4491 4 месяца назад
Bagaa waqayyo ishes isinis gargaree waqayyof haa galatuu bayeen gamadee akka wantan ofii koo da,eetti 😂❤❤❤
@Abeelove
@Abeelove 4 месяца назад
Hordooftootaf jallaatamtoota dr abbaa cabsaa yookan abbaa warraa ayyuu kan tataan hundi keessaan kottaa manaakoos waatu jira affeerraakooti ❤❤
@hanatu
@hanatu 4 месяца назад
😂
@Abeelove
@Abeelove 4 месяца назад
@@hanatu hann dinaakoo ♥️❣️
@fireyotalemu1689
@fireyotalemu1689 4 месяца назад
Uuff akkamtii namaa soodachisaa gaaruu dhugaa😢
@user-hr8ek8yd7f
@user-hr8ek8yd7f 4 месяца назад
Maaloo Dr. bakka ishee naa rifachiisee ani Uuuuuffffeee
@gfhj2889
@gfhj2889 4 месяца назад
Wwwwwooowwww Ebiifamaa Dr waqaa gadiittii luubbbuun kenyaa isiinumaa harkaa jirtii Galatomaa ❤❤❤
@bontushawaa515
@bontushawaa515 4 месяца назад
Uuuuufffee hallelujah baga waqayyoo sigargaree congratulations 🎉🎉ulfini waqayyoof haata'u ebbifama Dr bayyee nama gamachiftu ebbifama 🎉❤❤❤❤
@hawihawi5539
@hawihawi5539 4 месяца назад
Waqayyo isin ha ebbisu Garuu akkamitti gaafi isin gafachuu dandeenya Dr lakkoofsa nuf maxansa 🙏🙏🙏
@dasseegadesa8721
@dasseegadesa8721 4 месяца назад
Waayoo kaa Ani shamaare ta,uu kon jibba yeroon kana ilaaluu 😢😢😢😢 Yaa waaqa koo bilaadhan qaalamuu jaala Na olchii maloo 😢
@sifaniiibrhimii8865
@sifaniiibrhimii8865 4 месяца назад
Uuuuuuufffffi wahee amaliyaa dubananii naa dhukubee uuuuuuufffffi Yaa Rabii kiyaa nufii jabadhuu Qalii ❤
@AnsaarMahadii
@AnsaarMahadii 4 месяца назад
Dr hedduu takka nama rifachiisaa isin akkam garaa jabaattuu
@user-by1bb1zf1v
@user-by1bb1zf1v Месяц назад
Uufffff Dr kenyaa bayyee namaa sodaachisaa garuu lamaansayuu kan namaa gargaruu waqaayyoo dha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-by1bb1zf1v
@user-by1bb1zf1v Месяц назад
Woow bayyee galaatomaa hundii kessaanuu bayee isinjalaana abbaa cabsaa
@FeyselHasen-em5ju
@FeyselHasen-em5ju 4 месяца назад
Bayyee namattii tollaa barrumsii kessaan ittii fufaaa Barrumsaa bayyeen Fudhadhee
@dasseegadesa8721
@dasseegadesa8721 4 месяца назад
Goftaa Yesuus kiristosi gadditii Harmeen Gatii Guddaa nuutii baftee dhugaa 😢
@Letigurmessa
@Letigurmessa 4 месяца назад
Tnxs Dr! It looks like easy when you give such infn, but not for our people who dont have awareness in afan Oromo! Appreciated!
@user-bc9vd7hn6g
@user-bc9vd7hn6g 3 месяца назад
Thank you Dr Rabbiin lubbuu ke nuuf haa dheeresu
@user-hn8lb8vo7q
@user-hn8lb8vo7q 4 месяца назад
Ebifamaa. Dr.N❤❤🎉🎉
@chala9990
@chala9990 4 месяца назад
Yooyyaa our great Dr Thanks for your perfect advice ❤
@proggenius2024
@proggenius2024 4 месяца назад
Dr dhugaa nama dhuunfaa taatee vidiyoo qulqullinnisaa sagantaalee dhabbataan darban kan akka TV faa caalu dalaguutti jirta. Kun jajjabeeffamuu qaba, nuuf jabaadhu. Galatoomi.
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 4 месяца назад
Yooyyaa Dr Baga Nagaan dhuftan 💖💖
@metibulcha
@metibulcha 4 месяца назад
Wow, very good explanation. Waaqayyo inni ogummaa kana siniif kenne, sinii wajjin haa ta’u malee nama baqaqsanii yaaluun salphaa miti. Jabaadha Doctoroota keenyaa💪💪
@KadirAmin-qh9ee
@KadirAmin-qh9ee 4 месяца назад
Heddu galatoomi Dr nafyad barnoota gudda sirra hubaacha jirra haaluma kanaan qopiwan gara garaatti akka nuf itti fuftu shakki hin qabnu ulfaadhu
@user-yd1kq9tu5g
@user-yd1kq9tu5g 4 месяца назад
Dr keenyaa nuuf jiraadhaa waaqayyoo kana calaattii hubanaf oggummaa siiniif haa dabaalu dacha dachaan ❤❤❤❤❤
@shibire7870
@shibire7870 4 месяца назад
Dr jabaadha hojii baay'ee ciimadha ❤❤❤❤
@user-yd1kq9tu5g
@user-yd1kq9tu5g 4 месяца назад
Galaatoomaa Dr keenyaa hundumtii keessaanuu ❤❤❤
@DadituLamessa-ki5gq
@DadituLamessa-ki5gq 4 месяца назад
Baayyee galatoma Dr.
@Tsige-xj7fo
@Tsige-xj7fo 4 месяца назад
Anillee akkasittin da’e ji’a shan dura isayyuu biyya ormaa keessatti
@alicaata9935
@alicaata9935 4 месяца назад
Uuuf alhamdulillah baga nagyaan addan baate🎉🎉🎉🎉
@AsaffaaNagaash
@AsaffaaNagaash 4 месяца назад
Jabeessi doctor
@MeseratAdugnaLamessa
@MeseratAdugnaLamessa 4 месяца назад
Uuuuu Dr dhugaa rabbi anii baayeen sodadhee
@ConfusedGrassyMountain-lj1uc
@ConfusedGrassyMountain-lj1uc 3 месяца назад
I recpet you Dr
@melber7957
@melber7957 4 месяца назад
Please Oromo doctors help this poor Oromo people!! They never get help that much because of the language! We lost a lot of people because of this
@guyokula9760
@guyokula9760 4 месяца назад
Mataa dhiira jabaadhaa❤
@HarmeeMedia
@HarmeeMedia 4 месяца назад
Keep on doing good job
@user-mk6ik4sv2p
@user-mk6ik4sv2p 4 месяца назад
Yaa Allah ani naan sodadhaa😢
@user-ir7sr9bm6z
@user-ir7sr9bm6z 4 месяца назад
Bagaa waaqaaayooo sii gargaareee giftiikooo❤❤
@gabyhomsy1751
@gabyhomsy1751 4 месяца назад
Gaalatooma Dr🥰🥰
@Seenna414
@Seenna414 4 месяца назад
Doktorota akkan qabachu kenyati nan gammadda umuri dheradha❤❤❤❤❤❤
@almaztesfa1039
@almaztesfa1039 4 месяца назад
Wwwwwww Dr gaalatomi barumsa garii ❤❤❤❤❤
@abdurahmanobsa9500
@abdurahmanobsa9500 4 месяца назад
Jabdhaa
@user-vf2ys3iq3n
@user-vf2ys3iq3n 4 месяца назад
Wowwwww barumsaa guddadha galatoomi D
@fatimaabdullah90
@fatimaabdullah90 2 месяца назад
Bayee Galatomii
@user-ls6dq9rb5z
@user-ls6dq9rb5z 4 месяца назад
Kaanaa hundaa nuufii ibsuu keesiifii gudaa Galatoomii do. Nafii Ebbifamii
@user-yf9bu7id1c
@user-yf9bu7id1c Месяц назад
Galatoma doktor hubanno gaari fudhanne❤
@Uae-sl9nn
@Uae-sl9nn 18 дней назад
Uuuyi utuu dhiira ta'e 😭😭
@ChaltuWolde
@ChaltuWolde 4 месяца назад
Dr keenya dubbartiin yaalii baqaqsanii da'uttiin hanga meeqatti gorfamaa maaloo naaf deebisaa
@user-fl4dh8fy3p
@user-fl4dh8fy3p 4 месяца назад
Dr galatoomi!!
@Asnayoutube
@Asnayoutube 4 месяца назад
Well come
@gulumigulumi7163
@gulumigulumi7163 4 месяца назад
Bagaa waqayoo sii garagaree❤❤❤❤
@AragaaZagayaa
@AragaaZagayaa 4 месяца назад
Baay'ee gaarii
@lalistubiyyaa
@lalistubiyyaa 4 месяца назад
anaadhufu Dr.
@user-sm8ql8iy9x
@user-sm8ql8iy9x 4 месяца назад
baga waqayoo ishii gargaare
@user-fx6kt9xt2q
@user-fx6kt9xt2q 4 месяца назад
Wow ❤❤❤❤❤
@branial9909
@branial9909 4 месяца назад
Galatoomaa ❤❤
@fanutullu-wd7lf
@fanutullu-wd7lf 4 месяца назад
Bagaa waqqayyoo nagaa ishee hikee. Ani sodadheeee
@meseratjaleta6940
@meseratjaleta6940 4 месяца назад
❤❤❤❤❤❤ bayyee galtommaaa
@user-ei1ud9xe4i
@user-ei1ud9xe4i 4 месяца назад
baga waaqayyoo si gargare dr galatom
@Meski12445
@Meski12445 Месяц назад
❤❤❤
@foziajibril7048
@foziajibril7048 4 месяца назад
Dr baayee gslstoomi
@sifaniiibrhimii8865
@sifaniiibrhimii8865 4 месяца назад
Uuuuuuufffffi Yaa Rabii 😢😢
@ashrafmajali7422
@ashrafmajali7422 4 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@zeyniitubee
@zeyniitubee 4 месяца назад
Namaa sodachisaa garuu doctor 😢😢😢
@sisayichallaa
@sisayichallaa 4 месяца назад
Uuuuuuuuuuufff adhumaaa😢😢😢😢😢😢
@fatimaabdullah90
@fatimaabdullah90 2 месяца назад
Abdii natii horee anii yeroo 2 tayee
@sisayichallaa
@sisayichallaa 4 месяца назад
Waayooo ijaa maltu sinif lalaa😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@fatimaabdullah90
@fatimaabdullah90 2 месяца назад
Galatomii ❤❤❤
@zeyniitubee
@zeyniitubee 4 месяца назад
Gudaa galatomii ❤
@timachabdii
@timachabdii 4 месяца назад
❤❤❤❤
@QidistiAlamu-je8gi
@QidistiAlamu-je8gi 4 месяца назад
❤❤❤❤❤❤
@saciathopia7125
@saciathopia7125 4 месяца назад
Galataa waqayyoo ani akkasumatti dahee, garuu gaaffiin qaba innis mal yoo jette dubartooni yaalii dahumsaa kessaatti namaa gargaaran maaliif namaa ifanna ,namaa rukkutuu, namaa darbaachuu, maaliif akkas nu godhuu???? Gaaffidha dhugaa anaa yeroo lamaa naa qunnamee ana duwwaa mitii dubartoota heddu miidhaani ., warrii dubartoota caakkanyii duwwaa 😢😢😢
@jabirlikasa1518
@jabirlikasa1518 4 месяца назад
Dr wayii fayyaa gurraa irrati gafii qabaa maloo naf debisi yoo comment koo argite gurraa nama mala.uu mal godhaa ittii turee jiraa hiryaa koo tokkoo ??
@oromiyaoromiya7709
@oromiyaoromiya7709 4 месяца назад
Rabbii sii haa fayisuu inshaa allaah
@CARCARWOOD-po2yl
@CARCARWOOD-po2yl 4 месяца назад
Dr naaf yaad baayyee galatoomi barumsa gaarii nuuf kennaa jirtaa
@lesaawallaggaa9342
@lesaawallaggaa9342 4 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-yd1kq9tu5g
@user-yd1kq9tu5g 4 месяца назад
Ufffee giiftiitoo ayii hadhaa😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@naimausman4687
@naimausman4687 4 месяца назад
Hy
@helumissmisshelu8278
@helumissmisshelu8278 4 месяца назад
Uuufff inat mhon kabadi iko nw
@Damme2153
@Damme2153 4 месяца назад
😢😢😢😢anis kana keessan darbe gaa dr kenyya galatomaa video kana nuu biran gahu keetf gaalani keeti yaa Rabbii
@UsA-mn3jd
@UsA-mn3jd 4 месяца назад
Uuufff akkam nama sodaachisa 😢
@user-kk9ni4pg8y
@user-kk9ni4pg8y 3 месяца назад
Thank you dr, eddaa operationin da'uunis akkas ulfaata ?😢 uuff anni duraa isaa wayyaalan jedhayyuu 🤔 no inno waluumatti dhiyaata. garuu waqaaf haa galatuu ijjollee koo Karman normalitiinin da'ee
@sfoosfoo2550
@sfoosfoo2550 4 месяца назад
Dr.na.sodadhe.dhuga😢
@gennetgennet2177
@gennetgennet2177 4 месяца назад
🥰🥰🥰🥰🥰💯💯💯
@jiraataadhayesuus8617
@jiraataadhayesuus8617 4 месяца назад
Uuuuf😢😢
@Hanagutafita
@Hanagutafita 4 месяца назад
😮😮💔💔
@iyasuiyasu1063
@iyasuiyasu1063 3 месяца назад
Dr, galatoomi asumaan ammoo gaaffii tokkon qaba innis bishaan gubbee yoo hirdhaate maliin yaalamuu dandeessi ? Please akka naaf deebiftu sin eega !
@ELMASSDREAM19
@ELMASSDREAM19 4 месяца назад
dr guddaa galatoomi dhugaa. indication of c/s,procedure,essential new born care,pre and post op preparation,intra op,....................barumsa hedduu nuuf kennite nuuf galatoomi
@GemedeDabaGudeta
@GemedeDabaGudeta 2 месяца назад
Dr,baqaqsan deessisuun caara Daa'imaa meqaa?
@user-yl2vh1kx4t
@user-yl2vh1kx4t 4 месяца назад
Wayyoo namaa sodachisaa bagaa Kani hin dhagahanee sanuu jiratee 😢😢😢wayyoo harmee tiyyaa ijoolee 9 manaa isheeti dessee Kani ammaa ni Ulfaata 😢😢😢 doctor ani gananii herumaa fanfii garuu sodadhee kaa 😂😂😂😂
@user-ut7if4ul7v
@user-ut7if4ul7v 4 месяца назад
Doctor Ani kaa'een haakiimaa dessissuu baradhaa ergaa hanga kana salphaa ta'ee
@ToleraKebede-cq1xd
@ToleraKebede-cq1xd 4 месяца назад
CPR iratii hojedha
@user-nn2ee4gr8u
@user-nn2ee4gr8u 4 месяца назад
Hi jirtuu Dr keenya gaafi sababa maaliitif dubartiin takka ergaa ulfoftee bodaa osoo da'imnii garaa jiruu kan biraa ji'aa itti anuu gubban hin ulfofnee,? jechuun koo sababa malittiif marsaan laguu irraa hafaa hormononi garuu nii madduu sababa maliitif
@BooneeYouTube-ui5rj
@BooneeYouTube-ui5rj 4 месяца назад
Uuuuuuufff
@naimausman4687
@naimausman4687 4 месяца назад
Hi.dak.tor.anu.baqasa.de.garu.aban.mana.kiya.baqaesa.dese.daima.ke.hin.jAlajuela.nAna.jashamed.ani inmajaladha
@user-fk5ft1nu3d
@user-fk5ft1nu3d 4 месяца назад
Tolee
@user-nh1qr3kq5c
@user-nh1qr3kq5c 4 месяца назад
Dr gafi kana na debisi hadaraa hadaraa fincani umrii 15ol nama hin dhisin Dawa isaa N himi rabbi jedhii 😅
@shibire7870
@shibire7870 4 месяца назад
Deebi kana anisi nii barbadaa dhugaa rabbi 😂😂😂
@tigisttafesa6638
@tigisttafesa6638 4 месяца назад
Ujumoo fincani gadi dhise kaa isaa galgalaa sani kkkkkk
@user-oe6pb2zw4v
@user-oe6pb2zw4v 4 месяца назад
Maal jechuu keeti
@Tsige-xj7fo
@Tsige-xj7fo 4 месяца назад
Uuff maaloo vidio kana ilaalun dadhabe ofumakoo natti fakkaate
@nigusedagne9515
@nigusedagne9515 4 месяца назад
is it halp anesthesia =no ,regional anesthesia or neuraxial anesthesia
@nigusedagne9515
@nigusedagne9515 4 месяца назад
i am anesthesia bcs proffesional ,isthere position in yoko dr?
@nigusedagne9515
@nigusedagne9515 4 месяца назад
clear fluid upto 4 hr????? no ,only 2hr, except formula milk and breast milk
@gobuligobuli2690
@gobuligobuli2690 27 дней назад
❤❤❤
Далее
Kaanserii harmaa akkamitti ofirraa ittisu?
48:16
Просмотров 3,3 тыс.
Wait for the BOWLING BALL! 👀
00:38
Просмотров 29 млн
Fast and Furious: New Zealand 🚗
00:29
Просмотров 19 млн
ዮአዳን (ክፍል 17)
35:16
Просмотров 268 тыс.
Wait for the BOWLING BALL! 👀
00:38
Просмотров 29 млн