Тёмный

Yakkii koo Dachaa Sabriina Jamaal 

Direwood
Подписаться 269 тыс.
Просмотров 2,7 млн
50% 1

Akka Itti Buhaartan Abdii Qabna #LikeOromoo# Godhuu Akka Hindaganne.
#DIREWOOD# Subscribe godhaa
Comment teeysan Nuuf Laadhaa Bakka Sirreeyfachuu Qabnuus ni sirreeyfanna

Опубликовано:

 

19 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 1,1 тыс.   
@asmabntzed3696
@asmabntzed3696 3 года назад
Sagale kee bareddu kanan Quran qara'i bareddu koo dutii hin oltuu dukkanati bori haa yadannu 😭
@amanbulo1623
@amanbulo1623 2 года назад
Amshiir hayyuun lubbuu waraana lafaa ummataaf irkoodha garaan nyaataan bultiif raajidha gurriis keeyiriiSubahanallah kurreejilbaatii jirraa
@taygamahmud7341
@taygamahmud7341 Год назад
❤❤❤❤❤❤❤❤
@abdiinefsoo5176
@abdiinefsoo5176 Год назад
Dhugaa keeti rabbi qalbii nuuf haa kennu
@sharifdiretube2307
@sharifdiretube2307 Год назад
Asma place
@SurprisedHardHat-ic1hy
@SurprisedHardHat-ic1hy 7 месяцев назад
❤ look l JB ñi pj v onghjjj yes he TV moo keeps my lllll 0:26 ​@@amanbulo1623
@asheetaawallagga4973
@asheetaawallagga4973 3 года назад
Yeroo meeqan itti debiye dhagffata jira dhuga bayyee das nama jedha jabadhu baredduu koo🥰👉❤❤❤
@kareembushra9025
@kareembushra9025 3 года назад
Sabrina bareedduu, baay'ee nu booharsite galatoomi!
@rozahuseenarsii9808
@rozahuseenarsii9808 3 года назад
Anilee akaasumatii dhiraa debiyee Ageefadhee Rabbiin na ha dhisuu malii sagalee isii bililee hoyiitii
@yoomfree1
@yoomfree1 3 года назад
heddu bareedi
@leylaahussen2290
@leylaahussen2290 3 года назад
Amachihi hin siribi qahalli tiyaha
@kalidjima1745
@kalidjima1745 3 года назад
Anilee das atti jette mucaa kun
@midragenet2075
@midragenet2075 3 года назад
she has a qualified sound of music which attract everyone!!!! sagaleen kee hedduu nama haawwata dhugaa bareedduu keenya
@seadaabdi9277
@seadaabdi9277 2 года назад
Tajuddiin
@anbiyashafici7537
@anbiyashafici7537 2 года назад
❤️🧡🖤🍦😁
@sharifdiretube2307
@sharifdiretube2307 Год назад
Sadaa sitolee anafiis tolii
@ke_cinema
@ke_cinema День назад
she used auto tune 🤣
@siyaannegnyeehalalmediaadn3872
@siyaannegnyeehalalmediaadn3872 3 года назад
Mee akka kiyyat warri ummata harargee kana jaalatu❤❤❤❤
@sharifdiretube2307
@sharifdiretube2307 Год назад
Siyaan natoolii siitooleetiin jiraa sahiibii
@zakiyazink9352
@zakiyazink9352 3 года назад
Masha alh namonu jetena rabbi sodadha ental karaa irra hin basin rabbin sodadha!
@iluutube27
@iluutube27 2 года назад
Maasha Allah alhamdulillah namatti tola sirbichi
@keyfmohamed780
@keyfmohamed780 2 года назад
I LOVE OROMA ❤❤❤❤ IM FROM SOMALIA
@sharifdiretube2307
@sharifdiretube2307 Год назад
Keyf sitoolee anafiis natoolii
@AbdiGedi-nh9ih
@AbdiGedi-nh9ih Год назад
keysifooleenaflisnaooili
@AbdiGedi-nh9ih
@AbdiGedi-nh9ih Год назад
Newtes
@AbdiGedi-nh9ih
@AbdiGedi-nh9ih Год назад
Regttes
@sharifdiretube2307
@sharifdiretube2307 Год назад
شكران
@fadumomuxumed468
@fadumomuxumed468 2 года назад
We loved oromia I form somaalia ♥️✌🇸🇴
@roziijimmaa9751
@roziijimmaa9751 2 года назад
Sagaalee kee bareduu kanani quran qarayi adara rabbiin yadadha yaa ilmaan musilimaa uuuuuufi yaa rabbii nu qajelechi😭😭😭😭😭😭
@samukalove4863
@samukalove4863 2 года назад
😭😭😭
@nasiifshow957
@nasiifshow957 3 года назад
Hedduu namatii tola walleen tun garuu dhaamsa lammumma haadha wallee tan Artis Haloo daawwee yaadachunis barbaachisaadha!! Akkasumaas wallee dur irra deebi'anii Bifa kanaan wallisuun hedduu barbaachisaadha💓💚💓
@rashadrashadraayaan9851
@rashadrashadraayaan9851 3 года назад
Sirbii kaan haallo mitii kaan Almaz taafarattii ok
@jawaarmaroo6353
@jawaarmaroo6353 3 года назад
Wow akkam bareedi sagalee jaabadhuu sanyii oromo tiyyaa!!!!
@samirabonsu1332
@samirabonsu1332 2 года назад
Wow ! Baay'ee baay'ee bareeda umrii dheeradhaa.
@wakoyaoljira9912
@wakoyaoljira9912 3 года назад
Wow wow wow Our sweet Kush family Oromo son, what is miracle Hararge accent keep it up Bareedu keenya
@semung2513
@semung2513 3 года назад
Waan nutii hinbeeynee nurratii hin'feeinaa , nutti orommoo haarageedha Kuushii keesan hinbeeynu
@flebermuree5813
@flebermuree5813 3 года назад
@@semung2513 harargen enu yo kush hin tahin sena barii dura wa baresu dura
@bakkalchaentertainmentbe5201
@bakkalchaentertainmentbe5201 3 года назад
Aboo dhageessanii kushii teessan dugdatti badhaa deemaa "nu Oromoodha" kush ilma kam ilma nuh Oromorraa Fageenya km 1.5Mil irratti argama
@semung2513
@semung2513 3 года назад
@@flebermuree5813 beekaa keenyaa!! Siittu'naafnee , Yaa bada liifaafaa
@diniabdela3893
@diniabdela3893 3 года назад
I love oromo people ❤💚❤saba kiyyaa oromo❤💚💓💓💓💓💓💓💓
@jirmowako7841
@jirmowako7841 2 года назад
Best music,enjoying it from kenya ,Nanyuki police
@khadijashubiso3297
@khadijashubiso3297 3 года назад
Woww sagaleen heduu baredii yeroo bayyee dhagefadhee heduu dasii nama jetii sagalen intala garuu sirbii kan turee sagale isitu bareche
@rorisatufa1193
@rorisatufa1193 3 года назад
Maaloo wolaloo isaa naa barreessaa jechoota tokko tokko dhagayun dadhabe. Sirbicha jaaladhee du'uufani❤❤❤❤
@miilabakarware4851
@miilabakarware4851 3 года назад
Jechikoo jechaadha naqofattin oolle,tiyyaa fafaeetiin maqaa keeysaniis faale, ija teeysan dura dedeemuu wahin malle,” arraami bubbule jia shan dura,anaa gala deemu mana barumsarraa,hiriyaa tiyyaaniis walbeekan nadura,isii harka fuudhee naan ja’e walbarra, ilma dardaraatii,magaala bareedaa, hayyamuma malee niin dadhabe diddaa (3) Jechikoo jechaadha naqofattin oolle,tiyyaa fafaeetiin maqaa keeysaniis faale, ija teeysan dura dedeemuu wahin malle,” Naafii/anaaf hiriyaatoo nulachuu afeere,guyyaa fii bakkatti manabee walgarre(mana barcaa) dhugaatii laaftuun(juice )gadi nuu dhiyaate, afeerraan dheerattee cinema dabarte, suutuma sutaanii jaalalti magartee,sidhaleen ???? sifuudhan harka nanaqate, Jechikoo jechaadha naqofattin oolle,tiyyaa fafaeetiin maqaa keeysaniis faale, ija teeysan dura dedeemuu wahin malle,” Sheenadhafii eegeen gamuma boodatti,achumaan sosobee naan bahe moggatti,shir shir jennee gallaan hurruma(daggala)nageeyse,guyyaasani booda tiyyalee qisaase (broke her virginity) Namuutti hin himin kurfooyne(qoppoofne) walfuuna,ja’ee nasobeeti dhufne gama manaa,(2) Itti dedeebiee naaf qabe baallama,mana moggaa waliin dheeyne ama amma. Darara(cinqii)badiidha naaf hafe maaluma,(maaluma naaf hafe)””???????” Nadheeysuu jalqabe,guyyaa sani booda,lippiisaa hin garre tasaa achibooda.(2) Hangumaan beekun irraa siif barreeyse, question mark itti godhe bakka anaafiis hin galle, enjoy 😊
@RushiiTUBE
@RushiiTUBE 2 года назад
@@miilabakarware4851 good try but you missed a lot. 1.Gochi koo dachaadhaa if qofatti hin oolle... 2. Guyyaa fi bakka baallame wal garre... 3.dhugaatii laaftuu fi keekii nuu dhihaatee... 4. Jaalalti magartee si jaallee siin fuudhaan harka na naqatee... 5.guyyaa sani dubrummaa tiyyallee qisaasee.. 6. Daraaraan(menstruation) baatiidha natti hafee maaluma... 7.guyyaa sani boodaa liphii(ijaan hin garre)....
@awaleecarcar8497
@awaleecarcar8497 3 года назад
Dire Wood hojiin keysaan hundii hedduu namati tola Dhifammaa intalaa tana nuuf Jabbeysaa 😍
@fenetiabdela9613
@fenetiabdela9613 3 года назад
Awo rr
@djdi5697
@djdi5697 3 года назад
bayee baredaa jajabadhuu ani garuu bauen Jaladha Dire Wud kana utuu caran garasana nagesee bayen jaladhaa
@mahirkhalid9571
@mahirkhalid9571 3 года назад
Waw Joollee Qaqqaalii Afran Qalloo Yaa Ilmaan Biyya Khiyyaa Hedduu Babareeddan. Hedduu Sirbi Khee Bareeda Sagalee Akka Nadhii Deeymaa 🍯 Sibadhaase Goytaan. Sirba Haloo Dawwee Remixes Godhuu Kheetif Hedduu Ittin Boonte. Jajabaadhaa Yaa Jollee Dirree ♥️💚♥️😍😍😍😍🙋🙋🙋🙋
@sartuhusen8417
@sartuhusen8417 3 года назад
Sirbbii khaa almaaz malee kaa halo mitii
@duretihaji7087
@duretihaji7087 9 месяцев назад
Hbhggfgpbbvvvp
@duretihaji7087
@duretihaji7087 9 месяцев назад
@@sartuhusen8417 pggygyttggg Gyyy6gggisyqygàgsyatwggg6hhuhhhyyyyhy6yyyyysys6ysyyysysyeywywywyy2yy2hhy
@ililiibrahimmashasallah1966
@ililiibrahimmashasallah1966 3 года назад
Sagalee baeduu qaba qashati tenya ❤💚❤💌👈
@mhdkmohgg
@mhdkmohgg 3 года назад
Dire woods galata qabdan jecaha..talent akkana Westn godhina please
@aasss677
@aasss677 3 года назад
Namutii hin himnii qophooynee waal funaa jedhe naa sobeeti dhufee gamaa Mana wwwww akkam namatii tolaa 👍💯👌💯
@zubarali8441
@zubarali8441 3 года назад
Wallahi essuman tahfi isinu gafadha me zuber mal sif taha jedhati gafadha😘💯💯💯💯💯💝💝💝💝💝💝💝💝❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@SharmarkeAdan
@SharmarkeAdan 3 года назад
Kunoo bilbilaa isii dubisii +251985797505
@ፈገግ
@ፈገግ 3 года назад
weyneeeeeeee akkam bareeda sirbich. areeeee mix isaa irraa deebi'amee yaa godhamu!❤️❤️❤️❤️
@gebisalemecha6288
@gebisalemecha6288 3 года назад
Namni akkaan kun waan hin argaamneef jabeessaa ani akka kiyyaatti bay'ee bay'ee naati tole jira. jabaadhu naa jedhanii
@aishahassan2820
@aishahassan2820 3 года назад
Miyoo damma guyaatti yeroo shantamaa dhageefadhee damma tiyaa l love you❤❤❤❤💋💋👈
@badhootube947
@badhootube947 3 года назад
Jabeeyfamuu qabdii mucaayoon tun nama artii oromoo kanaa caalaa foyessuu dandaahuu gamaa fulduraati 🥰
@sabontuuwaallookaamiseesab3376
@sabontuuwaallookaamiseesab3376 3 года назад
Wwwwwwwwqashitii
@abdellahimohammedsani6886
@abdellahimohammedsani6886 3 года назад
direwood jeechun afraan qaloo new generation jeechudha ok
@afandiimuttaqii2894
@afandiimuttaqii2894 2 года назад
Excellent. What a voice. Jabaadhu intaloo bareedduu.
@ani1oromo271
@ani1oromo271 3 года назад
Baayyee bareediì sagaleen isa mashaa allah.garuu qopheesittooni dirree wood maali sabrinaa uftaa maalfi baareda hin uffisina? Sagalee isii jaalattani maalif uftaa ishee hin barechina? Baayyee mufadhe ani akka nama tokkoti
@subhanallaaallmduullillhya8569
@subhanallaaallmduullillhya8569 3 года назад
Ufataa qulaa haa ufatuu fetee???? Ufanii issii bayee natii tolee akkaa amatii isitii ufatee uuuuuussssii😏
@ifaaoromooshow3809
@ifaaoromooshow3809 3 года назад
Dhugaa dubbachuuf baayyee hojii aartii oromoo boonsu hojjatte sabriin ammallee jabaadhuu itti fufiin siin ja'a .warri direwood jabaadhaa
@afranqallotube3389
@afranqallotube3389 3 года назад
Wow wow dhuga dubachudhaf hedu nama tolaa iraa dadebisani yo dhageyfatanu nama hin qubsu like fi sher comment itti xiqataa jabadhu
@firiidhugaa7681
@firiidhugaa7681 3 года назад
Sanyii ofi kootuu maatii naa ta,i ru-vid.com/video/%D0%B2%D0%B8%D0%B4%D0%B5%D0%BE-KCDVLyZwPDs.html
@abdulfetiteha9346
@abdulfetiteha9346 3 года назад
Gaddii koo Dechadha Iff Qofatii hin ollee Tayyaf faffayetin Maqaa Kessan falle Ijjaa tessan durraa daddemmuu waa malee Arraa mittii bubbule ji’ootta 5 duraa Ossoon galaa demmu mana barumsa irraa Hirriyaa tiyyanis wal bekkaan na duraa Issii harka fudhe naan ja’ee waal barraa Ilmaa darddarati magala bareeda Hayyumufii malle nin dadhabe diidda
@gada5tube933
@gada5tube933 3 года назад
saagaleee ishii hedduu bareeddii
@firiidhugaa7681
@firiidhugaa7681 3 года назад
Sanyii kootuu maatii naa ta,i subscribe naa godhii ru-vid.com/video/%D0%B2%D0%B8%D0%B4%D0%B5%D0%BE-KCDVLyZwPDs.html
@sabontuuarsiilixaasabo6452
@sabontuuarsiilixaasabo6452 3 года назад
Worii kaa ko direwood jalatan Liek gochuu hin irafatina 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🦚🌹🦚🦚🦚🦚🦚🦚🦚🦚🦚🦚
@Ummurudwaan
@Ummurudwaan 3 года назад
Sabontu koottu maatii naaf ta.i qomoo ru-vid.com/video/%D0%B2%D0%B8%D0%B4%D0%B5%D0%BE-2cAcUItIBMI.html
@direeoromiyaa7156
@direeoromiyaa7156 3 года назад
Almaaz xinnoo hedduu namatii tola oromo mee micati taan nafii barabadaa ?
@sadikhajo2018
@sadikhajo2018 3 года назад
NICE SONG🎶 🎸i like it!! Beuit girl & Nice voice❤️🌹 Ilma "dardaraati magallaa barreedda" 😍😍😍
@hhhu4082
@hhhu4082 3 года назад
Gff
@hhhu4082
@hhhu4082 3 года назад
1wqqwww
@abdudallo5383
@abdudallo5383 3 года назад
Heddu midhaga
@FhhBbg-rm1mv
@FhhBbg-rm1mv Год назад
salamii
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 года назад
Ijjibbataaf Barsiisaa ijjis waraanaaf gurruma qaamaa keessatti ni boochisee Eegumsaa ummataaf irkoodha Acaluu humni dhageeffatu qabsoo
@recipesincookingandlifetips
@recipesincookingandlifetips 3 года назад
Fantastic keep up direwood please you must lead oromo arts in ethiopia
@abdulhakimahamad3307
@abdulhakimahamad3307 3 года назад
Hin Rabbiin sii bareechee obboleettii tiyyaa garuu Afaan kee kanani qur'aanaa qaradhii
@samiraatube1413
@samiraatube1413 2 года назад
dhugaa jetee
@SharuFarah-k5h
@SharuFarah-k5h 3 месяца назад
😂😂😂
@sakariyebabile8057
@sakariyebabile8057 3 года назад
Beautiful song with beautiful young lady so sweet 🥰
@hayaathayaat8502
@hayaathayaat8502 3 года назад
Afaani qalo dire wude jabaadha sagaleni mucayo wwwwww
@aminamudetube7219
@aminamudetube7219 2 года назад
Matii naaf ta'ii sanyii ✅🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@amanbulo1623
@amanbulo1623 2 года назад
Dhorkii diina jechama Mallaszenaw gaafa yaada mo'ataan qabeenya harkis badii.Dr ijaafuudhi gurraafshira diina gurmuu diina dugdaa taanee goototaa Organization of caqasii Congratulations johar Muhammad guyyaan guuza hojiidha yaadii argii beekii
@ayyanjemsiitube7331
@ayyanjemsiitube7331 3 года назад
Wowowowuuu mucayoon sagaleen ishee heduu bareedii ya diiree to ya biyaa Aba ko😘😘😘😘😘😘❤💚❤💔💔💔💔💓💓💓❤💋💋💋💋💘💘
@akifaafendi3004
@akifaafendi3004 3 года назад
munir kalfi
@bayanahmed9316
@bayanahmed9316 3 года назад
Sabontu oromo u're 👑 queen iti jabadhu nuf jiradhu
@official_rastam
@official_rastam 3 года назад
Wow Joollee 4qalloo ABBA feetan caaltan isiniin boonna wadafiit
@GibemidiyaOfficel
@GibemidiyaOfficel 3 года назад
Wwww
@redwanmohamed1377
@redwanmohamed1377 3 года назад
Jabaadha hawwisoon afranqalloo umrii dheeradhaa jabeessaa akkanatti Aarti oromoo
@creativelife4095
@creativelife4095 3 года назад
woow amazing baayyee namattii tola ,jabaadha warri Dire Wood
@wasiabibaker3230
@wasiabibaker3230 Год назад
Ijollee biyya Adeeroo sirbii isiniin tola itti fufa.
@fatumaayub097
@fatumaayub097 3 года назад
What an amazing voice good job u guys keep it up proud of u all
@seadaabdi9277
@seadaabdi9277 2 года назад
Yahya
@sharifdiretube2307
@sharifdiretube2307 Год назад
Fatu place
@adinanusman3008
@adinanusman3008 Год назад
​@@seadaabdi9277 ¹1st p😊😊
@MakiyaSultan-ez5qw
@MakiyaSultan-ez5qw Год назад
​😊
@MakiyaSultan-ez5qw
@MakiyaSultan-ez5qw Год назад
0:19 0:24 🎉🎉m😂mml🎉😂😢😂o🎉k???mm?mmm)😂lli a?mmmmo😂🎉mmmmkolo🎉😂pop oo
@amanbulo1623
@amanbulo1623 2 года назад
Dhorkii diina jechama Mallaszenaw gaafa yaada mo'ataan qabeenya harkis badii.Dr ijaafuudhi gurraafshira diina gurmuu diina dugdaa taanee goototaa Organization of caqasii Congratulations johar Muhammad
@faxumaaoromooarsii2541
@faxumaaoromooarsii2541 3 года назад
Sagaleen isii akkam bareeda❤❤ yeroo bay'ee dhageefadhe irraa deebi'ee sagalee natti tole
@voicebaale3250
@voicebaale3250 3 года назад
Qachaleen tuni fuula dura weelliftu akka halloo daawweettu dhalate❤💚❤
@AaAa-mn8tj
@AaAa-mn8tj 3 года назад
Wwwww wly saglee tee heduu das jateii mar meqa debinee dhagefana ❤❤❤❤❤❤❤
@oromiatimes5050
@oromiatimes5050 3 года назад
Sabrina sirboota biraatiis akka haarayoomsitu osoo hayyameefii gargaarsi godhameefii nama guddaa dhageettii qabu taati "sagaleen ishii 🎶🎶💕💕💕💕
@anawaarhassan4787
@anawaarhassan4787 3 года назад
nurra turtan male Welcome dire wood and his all family we love you best channel
@Danireaction2119
@Danireaction2119 3 года назад
Wow wow wow wow mashallaa rabii umrii sihadheree suu qoomooto nagaya jiradhuu sanyekoo 💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚✋🤚✋🤚✋🤚✋🤚😍😍😍😍😍😍😌
@jalalcomedy6229
@jalalcomedy6229 2 года назад
Kormiti tenya jabadhu Well done dire wood saganta bareda akana kana qophesu kesanif
@queenhangaatu9020
@queenhangaatu9020 3 года назад
Sabriina jamaal has beautiful voice❤️💚❤️💚👏👏
@jewah2376
@jewah2376 2 года назад
Mustariha ahmad halaan namaharkista dalaga baredu masha alaah
@faayauumaa6219
@faayauumaa6219 3 года назад
Wawwwuu jabaadhuu sagaleen kee hedduu bareeddaa ❤❤❤
@aminhousseinnvjgjji9750
@aminhousseinnvjgjji9750 3 года назад
Yg
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 года назад
Yoo lafa beekneeZinnaash Tayyachow Tayyachow humni dhageeffatu qabsoo dugdaa Dhibee fedhiin lubbuu
@oroispoortii22
@oroispoortii22 3 года назад
Sabrina jamaal sagaleen ajaa'ibaatti irra bareeddi💕💕 iskew in mood 😳
@duretiarebo1031
@duretiarebo1031 3 года назад
Mashallaa qashtii tiyya ijaa irraa haffii 💋💋💋💋💋💋💋💯👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌
@dabajida8017
@dabajida8017 3 года назад
MAAL MAAL GARAA NAMA RAASTI MAALOO!!!!
@moibritiimucaawarabalew3774
@moibritiimucaawarabalew3774 3 года назад
Wwww muyoon sayi haalo daweti garu siribi isii caqasee qufuu dadhabwe
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Hin digging riqicha hayyootaaf arjaa jechii Acaaluu keessummaa Dr Aliimni DrAlii Birraa innaa lillaahi wa'innaa ileeh raajii'uun Hilwaa Issaa bultiinis Gaaddisaa gurriis Eegumsaa
@AdnanAli-cu4wy
@AdnanAli-cu4wy 3 года назад
Direwood hedu takka isin yadne baga nagayan nuf dhuftani.akka dhuga nurra badani jirtani hedu takka isin yaade
@sabakooromo3281
@sabakooromo3281 3 года назад
Durriyye jedhiin si sobe mii 😢homaa yero amma kana jiruu nuf jiradhuu 😍❤️❤️
@sofiyadhekko29
@sofiyadhekko29 3 года назад
KkkkkkKkkkk ballageen ee waa itt hajamee bee yoo tana
@sabakooromo3281
@sabakooromo3281 3 года назад
@@sofiyadhekko29 kkkk ee ta'u hin oluu sanyii 😍
@sambaseydi4970
@sambaseydi4970 2 года назад
BRAVO BRAVO I LIKE THIS SONG IS BEST TRADITIONAL CULTURE OROMO OROMIIYA 👏👏👏❤❤❤❤🌳
@sharifdiretube2307
@sharifdiretube2307 Год назад
Sambo sitooleetiin jiraa anaafiis natooliibor
@jiloborusure2814
@jiloborusure2814 Год назад
Excellent Authentic Orography! Sabrina
@mahamedabdillahi9283
@mahamedabdillahi9283 3 года назад
Ilove somali people from bangladish
@ademhussein2125
@ademhussein2125 2 года назад
they are not somali
@ayeshaoromoo7670
@ayeshaoromoo7670 3 года назад
Dhugamatti bareduu shamaran hararge tuni woly umrii dheradhu❤
@امد-ج2ط
@امد-ج2ط 3 года назад
Mashaallah ijaara hafaa ijoolee qashiixii qaalii namaa mashaallah heeduuu baredaa namatii toltaa mashaallah
@امد-ج2ط
@امد-ج2ط 3 года назад
🍉🍉🍉🍉🍉🍉🍉🍉
@QuranKarem-h8k
@QuranKarem-h8k 3 года назад
We like this kind of music jabaadhaa
@aminamudetube7219
@aminamudetube7219 2 года назад
Matii naaf ta'ii sanyii 🙏🙏🙏🙏🙏❤
@AbdiGedi-nh9ih
@AbdiGedi-nh9ih Год назад
@@aminamudetube7219 welikethis
@minahusein2206
@minahusein2206 2 года назад
Dammatiyaa sagaleekee bayee baredaa 💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕
@semung2513
@semung2513 3 года назад
Baggan Haaragheen ta'hee Abddii qophee fi Adee Almaz barra barraan haa yaadataman
@abdimurad3815
@abdimurad3815 3 года назад
Wow wow wow wow wow wow wow wow wow wow wow wow Baye Namati tola akanumati iti hufa Dire to Sin jaaladha
@queenhangaatu9020
@queenhangaatu9020 3 года назад
Hedduu dass ja’a ❤️💚❤️💚❤️💚❤️DireWood💪💪💪 jabbadha
@zamzamzamzam3009
@zamzamzamzam3009 3 года назад
Wwwwoo baya.ee namati tolaa jabadhuu 🤩🤩🤩😍😍😍😍🤩🤩👍
@karugabashuiman930
@karugabashuiman930 2 года назад
Voice ❤️💕 Long Africans 🌍 am proud to be Africa
@abshirabdiwahidadow4961
@abshirabdiwahidadow4961 2 года назад
🥰🥰🥰🥰🥰❤️❤️❤️❤️
@abdureawal
@abdureawal Год назад
Abdure@tube ethiopia
@dhugaanqofa150
@dhugaanqofa150 3 года назад
Dire wood baayyee namatti tola jabaadha
@fatamahjamal6759
@fatamahjamal6759 3 года назад
Auzubiilah rabiin siih haaqajeechuu,, muziqaa haramii yaa okiit, toobadhuu duutii guuyyaa namatii dhuuftuu hiin beekanii gara rabii deebii toobadhuu
@tawakaltuallahtawakaltuall3661
@tawakaltuallahtawakaltuall3661 3 года назад
Dhugaa keet
@rahmakadir3420
@rahmakadir3420 3 года назад
Dhugaa jettee Ruhii too
@shibeshiishibeshii3534
@shibeshiishibeshii3534 2 года назад
Sanyii lemoqiilixuu qaashtii jabaadhu
@borushow
@borushow 3 года назад
Woow woow Sagalee Kiloolee Akkaan Namatti Toltu Qabdi❤️💚❤️
@firiidhugaa7681
@firiidhugaa7681 3 года назад
Sanyii ofi kootuu maatii naa ta,i subscribe naa godhii ru-vid.com/video/%D0%B2%D0%B8%D0%B4%D0%B5%D0%BE-KCDVLyZwPDs.html
@Dire08
@Dire08 3 года назад
My Favorite singer 🙄Jabaadhu bareedu hedduu namatti tola
@mullattanqabaa1964
@mullattanqabaa1964 3 года назад
Wwww bayee namatii tolaa garuu wan isiin ajahiibsiisu torbaan guttuu dhegeyfachu jiraa iraa dedebiise sagaleen micihoo tanaa bayee namaa tolaa
@gurachamaruwane8056
@gurachamaruwane8056 3 года назад
Omn
@magartuuhh5190
@magartuuhh5190 3 года назад
Wowo bayee daas jaa walayai sagaleen isi baayee baredii qashxiiyee micaaa Haraarge baagaan Haraarge tee kaa walayai taraa 20 oliin iraa dedibey lala wowo
@imamkelifa6570
@imamkelifa6570 3 года назад
wow heduu dasa nama jahatii sagaleen tahee ❤💔💔 l Love you
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Maqaan maalif waraanaa qabeenyaa tayee art Sarbinaa Jechama H/Adam Saddoo Qalbiinis waraanaa qabeenyaa gzxShamsiyaa aswrwb laftis irkoodha hawaasaa yaaman yuniversity Gammadaa
@WhyAlwaysMeShow
@WhyAlwaysMeShow 3 года назад
ana gaafa dubraa yaadadhe waan garaa nama nyaatu! abo jabaattanii jabaadhaa pls Almazi fi Abdi Qophee nagayaan boqodhaa!
@menalalim2272
@menalalim2272 3 года назад
wooooooooooooowwwwwwwwwwwwwwww yakki koo dachaadha sirba baayee jaaladhu almaz tafarra bakka buutee jabaadhu
@SharmarkeAdan
@SharmarkeAdan 3 года назад
Warren Bilbilaa Sabriina Jamaal Nuu Gafatan Kunoo +251985797505
@izzekanasir4415
@izzekanasir4415 3 года назад
Dhuga moo
@مكهالمكرمه-ل9ذ
@مكهالمكرمه-ل9ذ 3 года назад
Sira abba tokkotin ufi jajii
@mi4167
@mi4167 3 года назад
@@مكهالمكرمه-ل9ذ IRA qabamee nati heerumitii
@abdulbaharsham8604
@abdulbaharsham8604 3 года назад
Dhugaa moo
@robsanhd7908
@robsanhd7908 3 года назад
Sabrina tenya sagalee kee hedduu das ja err dadben dhagefachuti jiraa 😘😘😘😘😘
@hawiinkojanataa7668
@hawiinkojanataa7668 3 года назад
Wwww sagaleen mucatii heduu baredii ❤💚❤
@arsiitoo7120
@arsiitoo7120 3 года назад
🥰🥰🥰 💞💞akkamii baredaa sagaleen
@ansariianas7340
@ansariianas7340 3 года назад
#gaafa #goonni #dirreehin jirreefi jirus#har'as#borus biyyaatiif gaaddisabaa biyyeettis hubadhuu barnootaa ammas barnootaa dhiiga lubbuu jirraa.amshiir yaarabbii caaltuu dhagahii xiinxaltoota eenyutu biyyaaf biyyeellee safuudha taphatoota siyaasaa yaada mo'ataan jira #diinaaf
@loveone4516
@loveone4516 3 года назад
Simply she amazing 👏 😍 ❤ 💕 💖 ♥
@ayanyana6198
@ayanyana6198 3 года назад
Sinai. Jalal gubstiinabasi and
@timatim5317
@timatim5317 3 года назад
Bayee barreedas akkasumas sagaleen tellee madala qabdu sanyii jabadhu
@farisjr9838
@farisjr9838 3 года назад
Amazing natural voice bareeddu afran qalloo
@FayineAA
@FayineAA 3 месяца назад
🎉🎉🎉🎉
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 года назад
Gurriis waraana qalbii Onneen waraanaa aswrwb Alhamdulillah Eegumsaa
@nasirsabirkhairee8994
@nasirsabirkhairee8994 3 года назад
Nice voice,I liked it.Keep ooooon !!!
@aminamudetube7219
@aminamudetube7219 2 года назад
Matii naaf ta'ii sanyii ufii ✅🙏🙏🙏🙏✅
@edirizali
@edirizali 3 года назад
M Allah ni bareeda akkaja'iba
@diniabdela3893
@diniabdela3893 3 года назад
Qashti ❤💚💓👈👍👍👍👍
@garaakaraa3141
@garaakaraa3141 2 года назад
TPL diina jechama mallaszenawii fayyaan faayaa qaama miiraatii arginee waliin yaadii deemsa waraanaa deemsis hojiidha Jaarraa abbaa Gadaa fedhiin lubbuu ummataatii sirna hargansuu garaadha biruma. Har'as Habibaa Siraajii dimookraasii hin arginee waliin yaadii hin amannee Zinnash Tayyachow dhalootaaf gufuudha maatiidha welcome kurreejilbaatii Biraanuu juulaa
@manchesterunitedjamal6762
@manchesterunitedjamal6762 3 года назад
Beautiful sound 🥰😍
@abomsashow7660
@abomsashow7660 3 года назад
Woow hedduu das jedha Jabaadhu!
@lawaltv
@lawaltv Год назад
Good
Далее
New Best Afaan Oromoo Music Sabriin Jamaal
5:15
Просмотров 942 тыс.
Galataa Labuu wallee gitaaraa
13:56
Просмотров 3,7 млн
Fese Hundarra sweet Oromo Music 2021 Munir & Imaan
14:21
New oromo music#Jamaal usmaa'il@best music
5:46
Просмотров 32 тыс.
Hana Mohammed SURAAKEE-New Oromo Music 2023
4:12
Просмотров 3,7 млн
RADINA DIRE MILAA FARDAAN SIBARBAADAA 2019
4:54
Просмотров 1,2 млн
Aliyyi Sabit - Biiftuu (Oromo Music)
6:31
Просмотров 4,1 млн
Galataa Labuu Barca style wallee barchaa
9:06
Просмотров 481 тыс.
Galataa Labuu new Wedding music Lencho fi Sabontu
9:50