Тёмный

'Yeroo Jaalalaa' Faayoo Mootii waliin 20 07 2012 

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Подписаться 665 тыс.
Просмотров 165 тыс.
50% 1

Qophii Mijuu Dilbataa "yeroo Jaalalaa" Seenaa weellistuu Faayoo Mootii irratti kan xiyyeeffatu waan taheef hordoofaa!

Опубликовано:

 

2 окт 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 216   
@sumeeitalaaarsioromofarti7772
@sumeeitalaaarsioromofarti7772 4 года назад
Fayoo fayaa umaaan toltee bayee si jalanaa urmii abbaa manaa ketitii ijolee kee wojii urmii nufii dheradhaa zabotuu oromoo ♥️♥️💚❤💚❤💚❤💚❤😘😘😘
@damiiyyeeshawaawalisoo2003
@damiiyyeeshawaawalisoo2003 2 года назад
El come 💝💝💝💝💝
@bachuadugna2887
@bachuadugna2887 4 года назад
Wooooowww baayye bareeduu waqayyo isin wajjin haa ta'u❤❤
@laliiwaaqayyogaariidha2927
@laliiwaaqayyogaariidha2927 4 года назад
Wow oraa baayyadha ammas baayye namati toltu dhugaa waaqayyo waliin umuri keessan hadheeressu
@leellisesanyiihaacaluuhund215
@leellisesanyiihaacaluuhund215 4 года назад
Waawoo Wellistuu Fayoo Motii KAn Dhalate Sinif Ha Guddatu Bayye Namatti Tola💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💑💑💑💑💑💑💑💑
@NebilaNebilass
@NebilaNebilass 3 месяца назад
Ayyanaa dafqii konkolaachii summii hamma dhaa wan ta'eef ijoolee bareeduu tana summii hin nyaachiisiin.
@amanbulo1623
@amanbulo1623 2 года назад
Jaalaalagzx do dhageeffachuuf injifannoo dhiifama aswrwb.yaannis kurreejilbaatii waliindubbadhu bulchinsi lafaafi nafaa medical center of taa'ee.waraana hojiidha bira arganii eeganii
@bontuabu3404
@bontuabu3404 3 года назад
Sii ha guddisu
@hawwiidarajee2303
@hawwiidarajee2303 4 года назад
Wawwwww fayyoo baay'ee si jalanaa bareeduu tiyya sabontuu oromo nufi jiradhuu sanyi ofii
@johnadel4665
@johnadel4665 4 года назад
Waqayo sii yaa guidusu😍😍😍😘😘😘😘👭👭👭👭👭👫👫👫👫👫👪👪👪👪👪👪👪👪💝💝💝💝💝💝💖💖💖💖💟💟💟💟💟💙💙💙💙💙💚💚💚💚💚
@mariamatyope2908
@mariamatyope2908 4 года назад
የኔ ቆንጆ እንካን በሰላም ተገላገልሽ
@hayathayatilluu3030
@hayathayatilluu3030 4 года назад
Ufffff dahimaa Bayee jaladhaa Rabbii sif hagudissu 😘😘😘😘😘😘😘😘
@tigistbirru4622
@tigistbirru4622 4 года назад
Anii kanaan jedhu kaan koronadhaf daaf kaan ofeganno barsisu OMN qofahii?
@obseearsii9439
@obseearsii9439 4 года назад
Isaanu matani isaan koronaadha OBN
@caaltuuitalaaarsiiasallaa6072
@caaltuuitalaaarsiiasallaa6072 4 года назад
Uuulee jalalaa akana osoo argadhee malii qabaa horaa bulaa sanyi oromoo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@ahmedtawil3505
@ahmedtawil3505 4 года назад
Caaltu teenna nu hundaa rabbi nuuf haa hiru
@ethiopiaethiopia672
@ethiopiaethiopia672 4 года назад
❤💚❤👌😍😍😍😍 horaa buulaa😍😍😍😍😍
@amanbulo1623
@amanbulo1623 2 года назад
Arjaadhaa PhDTooltuu NoohooGoobanaa ulfaadhaa immediately Santuseera imaanaa hayyootaaf duula barnootaan Dubarttoonnii amaanaaRabbitii ammas anaafis LAFTIS riqicha bulchinsi nyaataan qaama miiraatii barnoota Ida'amuun lafaa karaa dhibeefi Fayyaan Ministeera dhageeffachuuf injifannoo Zarihun Wadajoo Yaarabbii riqicha bulchinsi ijaa dubbiif waraana Eegumsaafi Beekumsi Dr Eegee congratulations walqixa du'aafihirriba lolaafi hin dhoksine to yaada mo'ataan Amanda Rabbiin kabeekuufi ka eeguuwayyaa YuniversityBuleHora to yaada mo'ataan caqasii Congratulations to see ethical issues with Dr ilmaaniif welcome johar Muhammad ministeera barnoota Addunyaafis Gale congratulations Dr ilmaaniif welcome johar Muhammad
@bekeludamesa3527
@bekeludamesa3527 4 года назад
Uuuuuffee jaalalumaa akkan.. Oso argatani
@fatmafatmaaa7256
@fatmafatmaaa7256 4 года назад
Atis yaa akaa tiyatii
@bekeludamesa3527
@bekeludamesa3527 4 года назад
@@fatmafatmaaa7256 dhugaa baayee jaladha maati akkanti waali gaaluu
@almaznagara7371
@almaznagara7371 4 года назад
Hammaan isiin hin argiin bayy'ee namattitolttuu!!!
@amanbulo1623
@amanbulo1623 2 года назад
Eegumsaafi welcome art Caaltuu hayilamaariyam qophiidha24 hours jaalalti garaafi Onneen dugdii icciitiin waraanaaf lubbuu qabeenyi mootummaan biruma qalbiin waraana yaada mo'ataan qabeenya HayiluuAddunyaa
@FireRing
@FireRing 4 года назад
Seera Covid-19 cabsaa jirtu, maal barsiisaa jirtu covid irraa
@zedwelega
@zedwelega 4 года назад
Dhugaa jette maalii me harka wal
@tigistbirru4622
@tigistbirru4622 4 года назад
Siridhaa
@situunafcaalayesuskomasrat9891
@situunafcaalayesuskomasrat9891 4 года назад
Dhugaadhaa
@jamilaaoromiyaaarsii7021
@jamilaaoromiyaaarsii7021 4 года назад
masha Allah Tabrklaa 😘😘😘😘😘😘😘😘
@سعودسعود-ق8ي
@سعودسعود-ق8ي 2 года назад
Wwwwww
@salmanabdo1079
@salmanabdo1079 2 года назад
Isaan lameenuu babbareedoo dha
@sadiajshdh6040
@sadiajshdh6040 4 года назад
የኔ ቆንጆ ስወድሽ እኮ
@toleshigari7766
@toleshigari7766 4 года назад
Demi seni kaa
@ateqanaeem9178
@ateqanaeem9178 6 месяцев назад
Mashalaha namati toka❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰
@sarajamal5729
@sarajamal5729 4 года назад
Akkaan daafe heerume abbaaana argaadhe akkaa keessaan ijoolee argaadhu na kakaftaan.kanaa duraa dafee heerumuu hin barbaane.biyaa alaatti yeroon gaalu daafe cidaa gaahelaa koo raawwachuun qaba
@musahabkedir1679
@musahabkedir1679 4 года назад
Abba mana qabda qophisiteetaa😂
@abeabebech6085
@abeabebech6085 4 года назад
@@musahabkedir1679 kkkk
@abeabebech6085
@abeabebech6085 4 года назад
Sin yaa gahuu
@Wadi-vc7cw
@Wadi-vc7cw 4 месяца назад
Wowwww❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@abiiboruu6221
@abiiboruu6221 2 года назад
Ilmaan kanas rabbiin haaguddisu ilove you oromoo horaa bulaa
@TechTalkWithAwel
@TechTalkWithAwel 4 года назад
እንኮን ማሪያም ማረችሽ እንኮን ደስ አላችሁ
@salmanabdo1079
@salmanabdo1079 2 года назад
she is so nature than him
@hawatubehajji5134
@hawatubehajji5134 4 года назад
OBN sagallee boqooqaloo
@haadhabiyyaoromtiittilove7678
@haadhabiyyaoromtiittilove7678 4 года назад
Uuufff akkam namatti toluu jaalalli keessan isiif haabayatuu kan dhalattes waaqni isiif haa guddisuu
@destadegust7603
@destadegust7603 2 года назад
💯💯💯💯💯💯💯🥰🥰🥰👍👍👍👍👍👍👍
@marwanmohammed8864
@marwanmohammed8864 4 года назад
I hate this media from Canada 🤞
@aminastars7436
@aminastars7436 2 года назад
matii nafa taa
@lensaabaqqala365
@lensaabaqqala365 4 года назад
Wwwwwow bayye namatti toltu oraabula Waqayyo Amtuf mortuu isinirra yaqabu
@kaffarnicell2948
@kaffarnicell2948 4 года назад
Waaaaaaaw bayyee namati toltuu mamagaalan oromoo. ♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥ Horaa bulaa sanyiiwaan
@emebetbirole2166
@emebetbirole2166 4 года назад
ANI SITTIN HERUMAA ESHII
@markjaysonbumacod8455
@markjaysonbumacod8455 4 года назад
Umarii sanyii kenaa
@elohemaranata9334
@elohemaranata9334 4 года назад
Gaazexeessan sirrii mitii nama harka hin qabina jennan inni moo da'iimattii gorora ittii tufa this is not joke you have to teach people this covid19 is serious do not play with it you have to learn from Italy,Spain and usa how they suffer this journalist is dummy he have to learn more do not kill my people I love any oromo people because they suffered from government and from Hater's I am part of them that means I am not hate others but oromo is different for me.
@safiyahajeno6299
@safiyahajeno6299 4 года назад
Wowo bay'ee namati toltaani
@bikailaiwokenna3691
@bikailaiwokenna3691 Год назад
❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@amanbulo1623
@amanbulo1623 2 года назад
Arjaadhaa qophiidha24 hours daguun mooyamee milas yelawak failed equality listening barnoota ProBiraanuuNaggaa love to yaada mo'ataan harkis qabeenyi garaan jaannataan firdoowsii gurriis bultiif fedhiin lubbuu qabeenyi garaan gzx kabeekuufi ka eeguuwayyaa to yaada yeroo dubbatu malee.LAFTIS riqicha Abiyyiif humna yaadaa caqasii lafaa ummataaf irkoodha garaan nyaataan gaaddisa to yaada mo'ataan harkis qabeenyi garaan jaannataan firdoowsii gurriis bultiif fedhiin Toķkummaaa Halkaniis walqixxumm welcome johar Muhammad ministeera barnoota Addunyaafis galaa Biyyaafi Biyyeettis kurreejilbaatii Biraanuu juulaa bira arganii eeganii artist Rasaasa ofcaqasii shira gurraaf bulchinsi bultiif raajidha garuuZinnash daguun mooyamee freeHoggaantoota ABO Cufaafuu to yaada mo'ataan harkis waraana haqa ofii libsuu ijaa dubbiif waraana gamnummaaGzxMooneetjkl Dr illill garaan GzxAnawarAdam thank Ida'amuun lafaa karaa dhibeefi Fayyaan Ministeera dhageeffachuuf injifannoo Zarihun seeraafi Heeraanis Zack and FreeHoggantoota ABO Cufaafuu to yaada mo'ataan harkis qabeenyi garaan jaannataan firdoowsii gamnummaaGzxMooneetjkl yaannis waraanaaf nafa keessaa hidhiin hayyootaa24 hours daguun dhorkii To Rabbiin of sciences Acaluu gabaa gaafa xiiqii bulchiinsalafaatiin fagaateedeemsa Eegumsaafi Beekumsi Dr Eegee congratulations walqixa deemsis hojiidhaFa'izaaOnneeministeera barnoota families sawsawDr ijaaqalbiin keessaa free johar hojiidha hidhaa argii beekii Eegumsaafi Beekumsi Dr Eegee
@alikodinko9158
@alikodinko9158 4 года назад
Jiraadhaa yaa ilmaan Oromoo, hedduu walhoraa baayyadhaa.
@derbylesa1638
@derbylesa1638 4 года назад
Galatomi beka
@rufotuse7557
@rufotuse7557 2 года назад
🥰🥰💯💯💯💞
@giinchiishawalixaadestakeb1436
@giinchiishawalixaadestakeb1436 4 года назад
❤💚❤😍😍😍👈 saanyiiwaan oromo😍😍😍😍 horaa bulaa🙏🙏
@YASINTUBE230
@YASINTUBE230 4 года назад
wowowowowo
@toleshigari7766
@toleshigari7766 4 года назад
Nama sesii
@futjhfhy5180
@futjhfhy5180 2 года назад
💔💔
@burutukanshawaa7320
@burutukanshawaa7320 4 года назад
horaa bay'adhaa sabonotota oromookoo😍😍❤💚❤💚❤💚❤
@haweetube4926
@haweetube4926 2 года назад
Maatii naf taa 🙏❤️
@heywet
@heywet 4 года назад
Ye meche new???? OMG! Wash your hands 👉👉👉👉👉👉
@YASINTUBE230
@YASINTUBE230 4 года назад
wowowowowo
@anihinleeyyauucaalaa7989
@anihinleeyyauucaalaa7989 4 года назад
Qoophesitoonni yeroo jalaala heddu gaalatooma barnoota heddu of keessa qaba itti nuu fuufa
@fakiyajamal3627
@fakiyajamal3627 4 года назад
Baredu ko I love you oromo people there are very kind
@urjiiamboo9882
@urjiiamboo9882 4 года назад
Wwwwoo dhugaa eduu namatii tolaa dhugadhaa yaanii Adhaa mana kelee bayee nabonsee gafaa jalalanii sisiimatee Yaa dashee qubsaa sifii ibsuunshe bayee nabonsee waqayoo umurii haragesaa siin habulchuu
@xxxxlcellbachuusaboka7419
@xxxxlcellbachuusaboka7419 4 года назад
Bayy'ee namaa tolaa
@Amina-ww5ex
@Amina-ww5ex 4 месяца назад
❤❤❤❤❤❤
@Amina-ww5ex
@Amina-ww5ex 4 месяца назад
❤❤❤❤❤❤
@Amina-ww5ex
@Amina-ww5ex 4 месяца назад
❤❤❤❤❤❤
@TamamTamam-i1i
@TamamTamam-i1i 2 месяца назад
🥰🥰🥰🥰
@KuwwSumayaaAdaam
@KuwwSumayaaAdaam 4 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤
@Ayish-q6y
@Ayish-q6y 3 месяца назад
❤❤❤❤❤
@meryk2402
@meryk2402 4 года назад
Waqayoon isin haa ebisuu dhugaa Garidhaa
@saamriidamiseesaamrii735
@saamriidamiseesaamrii735 4 года назад
Uuuuufffffffffff Jalalaa bareduu waqaayyoo Umrii dheraa isinif haa latuu dhugaa horaa jalduu ta.aa
@jovijovito6892
@jovijovito6892 4 года назад
Wwwooo wwwooo
@ahmad-hm1cg
@ahmad-hm1cg 4 года назад
Wwwww heedduu namati tola hooraa dagaagga jenna
@aminastars7436
@aminastars7436 2 года назад
masha allha
@hananaaa8498
@hananaaa8498 3 года назад
💕💕💕💕💕💕🙏🙏
@ababachfayera826
@ababachfayera826 4 года назад
Baay'ee namatti tola hojiin keessan
@lailali7575
@lailali7575 4 года назад
maasha llaah🌷🌷🌷🌻🌹
@kwsc6625
@kwsc6625 4 года назад
Rabbin sihaa guddisu
@cheltukader9501
@cheltukader9501 4 года назад
faayoo liyuu tiyaa bagumaa tena tatee rabbi siif ha gudisuu wani ofi
@foziihuseenew885
@foziihuseenew885 4 года назад
Rabii hojii isii haa turusisuu 😍
@caaltuucaaltuu1868
@caaltuucaaltuu1868 4 года назад
Bayeee bareduuu garuu ufana kee siressii fayo
@sarajamal5729
@sarajamal5729 4 года назад
Ani mucaa wallaagatti.baayeen gaammade.isin argee.
@kwsc6625
@kwsc6625 4 года назад
Baga Rabbin nagayaan sihiike
@abuhamaar2665
@abuhamaar2665 4 года назад
Wwww bayyee namati tola wa hedduu ira barana jajabadha
@genetgetahun3381
@genetgetahun3381 4 года назад
Gazexesan kuni baayyee namaatti tola nama ifaadha 👌
@meriyememewaeawawa4814
@meriyememewaeawawa4814 4 года назад
Yaa saabbaa waallrrhhaaa faagadhaa Dhiibbee Korona Ciimmee jiirraa issnii Akkmmnii akkttii walttii dhiiyyttuu haarrkkaa wala fuuttuu ????😥😥
@almaznagaz116
@almaznagaz116 4 года назад
Wowwwww.bayee.namati.toltu.👍👍👍😍😍😍😍
@udghdv5271
@udghdv5271 4 года назад
😂😀😀😀
@ماسيماسي-غ6ش
@ماسيماسي-غ6ش 4 года назад
No....weeye...anii.nama...cabaxuu...maalee
@nejutube8676
@nejutube8676 4 года назад
Rabbiin karaa qajeelaa sihaa qabsiisu osoo aartii aartii jettu.....
@warkan3shdamasa845
@warkan3shdamasa845 4 года назад
Wow baye babaredu dhuga ijara haffa oromoko matikesani wajinu isinijalana 😍😍😍😍🤗😍🤗
@makdbugaketiitifufi5803
@makdbugaketiitifufi5803 4 года назад
Lubuuu too 😍😍😍😋😋😋😋😘😗😍😍fayoo ko
@GG-lz4mi
@GG-lz4mi 4 года назад
Wowwwww bareduu koo bagaa rabi nagaya si hikee
@samrisamrawit7398
@samrisamrawit7398 4 года назад
amayuu horaa bayadhaa waalini umri haragesaa isinif yaakenuu
@sabbotuuoromoosabbotuuorom7833
@sabbotuuoromoosabbotuuorom7833 4 года назад
Wwwwwwwoooooo bayyee namatii tolaa uuuuuumphaaaaa ♥️❣️♥️♥️♥️♥️♥️♥️💯💯💯💯
@kiiyaadinquu5777
@kiiyaadinquu5777 4 года назад
Wowow baaye badu umri dhedhaa❤❤❤❤❤😍😍😍😍👌💘💘
@azizakadir8959
@azizakadir8959 4 года назад
Masahaallaahaa❤❤
@ahmad-hm1cg
@ahmad-hm1cg 4 года назад
Wwwww heedduu namati tola hooraa dagaagga jenna
@GG-lz4mi
@GG-lz4mi 4 года назад
Jaalala kesani isini habayisu
@jovijovito6892
@jovijovito6892 4 года назад
Baye namati tola ebbifama
@leloole3226
@leloole3226 4 года назад
Enyuuu eshen garuuu
@hinqaalatimaleedhugaahinci1113
@hinqaalatimaleedhugaahinci1113 4 года назад
waaqayyoon isniif haa Guddisuu
@صاليءإسمعيل
@صاليءإسمعيل 4 года назад
Woow rabbi siinif ha guddisu hora bula
@martindib4489
@martindib4489 4 года назад
WaW bay’ee namaa gammachisaa.horaa horaa❤️💋
@fadeelafadeela3358
@fadeelafadeela3358 4 года назад
👍💪💯
@hahshhahshjsj8370
@hahshhahshjsj8370 4 года назад
Baayee bareedu
@halimaahmad6461
@halimaahmad6461 4 года назад
Wwwwwwwwwwww mashaallaa mashaallaa
@hawwiishaashee2540
@hawwiishaashee2540 4 года назад
Rabbiin umurii waliin isin haa dheeressu
@gedemamuleta8657
@gedemamuleta8657 4 года назад
Waqaayyoo siin haa eebisuu namati toltuu ijaa rraa haafaa
Далее
Qophii Yeroo Jaalalaa 14,10 2012.
25:07
Просмотров 97 тыс.
Yeroo Jaalalaa
21:18
Просмотров 43 тыс.
Шоколадная девочка
00:23
Просмотров 821 тыс.
НОВАЯ "БУХАНКА" 2024. ФИНАЛ
1:39:04
Просмотров 173 тыс.
Yeroo Jaalalaa
22:14
Просмотров 38 тыс.
yeroo jaalalaa- Jaalalatu naqabe mala naaf malaa
19:17
Просмотров 371 тыс.
Dr.Aslii | Monet Beksisa | Raachuu | Fajrii
17:29
Просмотров 3,8 тыс.
Yeroo Jaalalaa
23:46
Просмотров 114 тыс.
Yeroo Jaalalaa
18:57
Просмотров 78 тыс.
Шоколадная девочка
00:23
Просмотров 821 тыс.