Тёмный

Yeroo Jaalalaa 

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Подписаться 670 тыс.
Просмотров 50 тыс.
50% 1

#Jaalalaa

Опубликовано:

 

7 окт 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 315   
@milkiigurmuu6421
@milkiigurmuu6421 Год назад
Hiriyaan kiyya waggaa 5ni oliin na dursiti! Garuu guyyaa tokkoof waa'ee umuriishetu yaadadhe hinbeeku! Rakkoo kana Kan uume suma natti fakkaata! Wantoonni ajandaa ta'uu, hindandeenye deddebi'ani yoo ka'an, rakkoo guddaatti jijjiramuu danda'u!
@biftubeyene1096
@biftubeyene1096 Год назад
Dhugaa keetii
@hundaadandaaaawaaqayyoon7285
Dhugaa kee jetee Nama akka kee hubataa namafii haa keennuu
@siifookiyuu5591
@siifookiyuu5591 Год назад
@@hundaadandaaaawaaqayyoon7285 የለሁ ችጊር የእዲሜ ችግር አይደለም የለብን የቤተሰብ ችጊር ነው
@obseegorba
@obseegorba Год назад
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo qalii koo
@blentube3002
@blentube3002 Год назад
@@siifookiyuu5591 ቤተሰብ አርጊኝ😍😍
@waqaayyoobekkaadhaa171
@waqaayyoobekkaadhaa171 Год назад
Atii maalii gotaa umurii isheraa jaalalii umuriif biyyaan hin dagefaamu waree ammaayuu umurii hadabaluufi aniyuu abbaa manaa koo umurii nanii calaa inisii nii bekkaa❤
@obseegorba
@obseegorba Год назад
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko
@phonehouse660
@phonehouse660 Год назад
Baga sii dhisite kana Gowwaa 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🙄🙄🙄
@alimaadam1368
@alimaadam1368 Год назад
Bagaa sii dhiftee Sii dhisuu qabdis Ati wayee umrii maa kaftaa Woggaa 3 ykn 2 sii dursiitti kun rakkoo hin qabu Woggaa 5 yoo tate rakkoo hin qabu Isheen sii jalaati siitu rakkoo qaba wayee umrii ajaanda godhuun wolaalumaadha ok ati bultiif hin tatuu dhugaa Hundaafuu bagaa sii dhiiftee Isheenu siin barbaadu gurbayyoo
@TiggyTG-eu8re
@TiggyTG-eu8re 6 месяцев назад
Dhugaa jetee❤10q
@masuud5869
@masuud5869 Год назад
Yeroo jaalala irratti maaliif dhiirota qofti hirmaatu shmarri jaalala keessatti hin miidhamtumoo
@kiyyaaamboo2395
@kiyyaaamboo2395 Год назад
Hin buushaha hin jennere akka hara'a kolfee hin bekuu jaalali uumuridhan hin madaalamu gaaruu 🤭😁😁😁🤣🤣🤣
@blentube3002
@blentube3002 Год назад
matii naf tahime😍😍
@lemmaayele9279
@lemmaayele9279 Год назад
otoo waayeen jaalalaa siif hin galiin waliin borcuu kaate jalqabayyuu. jaalalli inni sirriin umurii gubbaatti hin xiyyeeffatu ture. bifaaf qabeenyaanis hin daangeffamu. ati garuu g owwaa wayiiti. situ of hin beekne malee mucayyoon gaafuma waayee umurii isheetiif itti dheekkamtu sana sammuunshee tuqame. gowwaa hojiikee hojjadhu gadi jedhiitii gaafa waayeen jaalalaa siif galee jaalala jalqabuu siif wayya malee callistee maqaa mucaa namaa hin xureessiin
@امجميل-د4ث
@امجميل-د4ث Год назад
😮
@obseobse563
@obseobse563 Год назад
Baga sii dhiiftee atii nama ilaalchaa gaarii qabuu mitii😏😏
@ObsineetLammeessaa
@ObsineetLammeessaa 5 месяцев назад
Jasbaa wayii jaalalli umuriin hin dangeffamu ishii
@waqayyoosodachuuogummaatti7908
Dhugaa waaqayyoo kani bira siif haa yadduu obblesaa kenyaa umurii Rakko hin qabu turee waan hundumaa caalaa jalalaa umurrii dubartii waggaa 25fi oli yoo ta'e maaliif kana sodaatu waani hundumaa isaa Waaqayyotti yoo jedhe malee umurii nama murteesaa miti Amantaa guddaa qabadhuu fkn sara waggaa 90 itti ilmaa argate kanafi hin dogogorarraani obbolewwaan keenyaa dhirraa 😢
@KebekiOfficial541
@KebekiOfficial541 Год назад
Hintalaa ati eenyu kan akka bubbee taatu kuni 🤨🤨😥😥 dhiiraa bara kana keessaa addaa ta'e nama akkasitti si jaallatu irratti bonuun boruuf keef gaarii ta'uu dhiisuu mala lamaan keessanu rabbii sin haa gargaaruu jabaadhu bro
@aberaalamu2522
@aberaalamu2522 Год назад
Jabadhuu dhiiroo kan kayyoo hin qabnee kayyoo nama dhabsisa
@AbyatarSeyoum
@AbyatarSeyoum Год назад
Jabaadhu obboleessa koo !!! Qormaanni jireeynaa kan jiraatuu.
@SeenaaKayo
@SeenaaKayo 8 месяцев назад
Dhiisii mucaa afaani kee qabi osoo jaalala dhugaa jaalata ta.e wa.ee umirii ishee irra maalii qabda bagaa sii dhiftee
@TesemeGirmaa
@TesemeGirmaa 4 месяца назад
Walifii sinii in qonee ❤
@zahraasanyiijawar6206
@zahraasanyiijawar6206 Год назад
Kumaa mall iraa barattan ree ittii kollfuu yoo tattee mallee kolfa hin kollfinaa namnii yadaa koo departing Like godhaa
@TesemeGirmaa
@TesemeGirmaa 4 месяца назад
Kkkkkk malii iraa futaa hatii Umurii ishitiraa rakoo in qabuu
@almaza5920
@almaza5920 Год назад
Kkkkkk wayoo jalalaa baraa kan argaa isaa mee anis kaheen himadhaa Garuu fagoon jiraa maliin godhaa
@Ana-p5p4o
@Ana-p5p4o 11 месяцев назад
Jaalalli qulqulluun umurii nama hin gaafachiisuu
@degefamengistu8166
@degefamengistu8166 Год назад
Dheedhii wayii kkkkkkkkkkkk
@NurazzamanAbdy
@NurazzamanAbdy Год назад
Kkkkkkk ajaiba comedy 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@Ahmad-ke4td
@Ahmad-ke4td Год назад
Wanumaa Jaalalaa jedhaanu beekuu kun gowwaadha
@gadisegadise3143
@gadisegadise3143 Год назад
Bayye garra nama nyataa jalalla dhugaa yero kanna dhabameyuu warii jalalla dhugan jaltamitani ofirt qabadha
@addiskebede656
@addiskebede656 Год назад
Gowwaa wayii atu ishii hin tufannee si tufatti
@brotherssisters7101
@brotherssisters7101 Год назад
Amaa irra egaali Baarumsa kee ittii fuuffii kan siifi qophaa'e erguu sii jaala hin dhaaqu💔
@sinbonee5701
@sinbonee5701 3 месяца назад
Janjoo bg si dhiftee umuriin qocoola hafuufi umurii ishee guutuu
@jofiiyeetaresaawaqayoabdii3953
Ayii Caraa namaa 😭😭😭Jalali gariidhaa garuu maliifii walii midhuu
@blentube3002
@blentube3002 Год назад
matii naf tahime😍😍
@feyokebeto1476
@feyokebeto1476 Год назад
Dhiifama Na godhi. Garuu Rakkoo Kan Qabu Ishee nattii Hin Fakkaatuu. Maaliif yoo jetti Jaalala keessaattii Umrii ishee gafachuu kee Dogoggoraa. 2. baruumsa kee Miidhuun dogoggoraa.
@ZainabuMfrk
@ZainabuMfrk Месяц назад
Bagaa sii dhiftee dhugaa gowwaa eci mal kuun umurii isheraa maal qabdaa farra 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😊
@sifaantube1230
@sifaantube1230 Год назад
Bagaa nagaa dhufte qalii nama bareduu koo ♥ ❤
@DesiDesi-e8o1r
@DesiDesi-e8o1r Месяц назад
Ayii jaalala kan rakkoodha😢😢😢😂😂😂
@woyintube617
@woyintube617 Год назад
Sirri Gotee Ishen Baga Sirraa Gargar Batee Sababnii Isaas Jalqabaa Situu balllessee Umriin Si Caluun Dhibbaa Tokkoyyuu Hin Qabuu
@MeliyaaFeso
@MeliyaaFeso 4 месяца назад
Jalali dhugaa umrii hin filatu wooyii dhugachu barbade😂😂😂
@sumayjimaa3514
@sumayjimaa3514 Год назад
Bagaa,Sii dhisitee wly Silaa Atoo hin jallataa malifii umurii ishee gafataa yosinii wogaa 35 Taateyuu Ofifii ofitii balesitee Boloo Ofii bufatee waqa😂😂
@RuweydoAxmed-qb8hd
@RuweydoAxmed-qb8hd Год назад
Bagasidide dhuga waaqa ati maliif Umrimagafata ati sila
@kuleniolkeba9361
@kuleniolkeba9361 Год назад
Wayoo dhungaachu🤩
@jalaanegirmaa8300
@jalaanegirmaa8300 Год назад
Jalalii umrii hin dangeefamu bee waali dhahaa wayyii malin kunii😁😁😁😁😁
@burteechimdesa5444
@burteechimdesa5444 Год назад
😂😂😂😂😂😂😂😂😂 takka koolfee beekuu akka kana miiskiin mucaan hundaa fakkatuu 😎😎😎 sila jalalii umurii gafatamoo
@obseegorba
@obseegorba Год назад
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko
@Wankooshow
@Wankooshow Год назад
Dansaadha. Continue more language..... Jajjabaadha
@lominegese8505
@lominegese8505 Год назад
miskinaa dhugaa muccaan garaa nama nyaataa jalaali kunii ulfaatadha kan akka garaa keeti sifi haa kenuu bro koo Abshirii Nama Mudaata Waanti Akkana 😍😍 bakka Dhungoo Santii Nan Kolfe😃
@muktarovichtube7821
@muktarovichtube7821 Год назад
Kkkkkkkkkkk qophiin jaalalaa akka hrdhatti na kolfisiisee hin Beeku. Gowwaa wayii baga sidhiifte
@obseegorba
@obseegorba Год назад
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko
@MOnetBadh
@MOnetBadh 6 месяцев назад
Busha,a jedhe😂😂😂😂😂😂😂😂 akkaa arati kolfe hin bekkuu
@jealanahoman7934
@jealanahoman7934 11 месяцев назад
Waayyoo ani du'e
@jfvjjf7148
@jfvjjf7148 Год назад
🤫🤫😁😁😁😁uuuuff miskinaa 😅😅
@intaalaoromoo4084
@intaalaoromoo4084 Год назад
Jasbaa waayii bagaa sii dhistee dhungoof bohaa
@aanaamohamed3067
@aanaamohamed3067 Год назад
Monnee ❤💚❤
@oromtitii
@oromtitii Год назад
Malii fulii maa hin mul'atuuree😊😊
@siifookiyuu5591
@siifookiyuu5591 Год назад
Kiyuu koo please why toke e like this but love you my brother you only my brother form siifooo
@waqaayyoobekkaadhaa171
@waqaayyoobekkaadhaa171 Год назад
Edaa siidhaa🤣🤣🤣
@siifookiyuu5591
@siifookiyuu5591 Год назад
አኦ እኔ ነኝ
@obseegorba
@obseegorba Год назад
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko
@syphooroomiya7377
@syphooroomiya7377 Год назад
Mucaan gowwaadha umuriin Maal rakkoo qabame
@genettube2451
@genettube2451 Год назад
Dhifama guddaa garuu kun baumsaa hin dabarsuu 😂😂😂
@makkamakka5833
@makkamakka5833 Год назад
😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@fgy6739
@fgy6739 Год назад
😂😂😂😂😂👍👍👍
@galanelamu8105
@galanelamu8105 Год назад
She is so good girl 😮
@keennaatube8046
@keennaatube8046 Год назад
Silaa Olaadhaa Akkamitiin walaalee Inoo Waggaa ishii 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
@kuleeintalaashawaa6084
@kuleeintalaashawaa6084 Год назад
Hin arbsinaa wantii hundui iddoo isaa yoo ta'uu batee hin bareduu muccaa barumsaa kee baradhuu free jallalaaa
@zahraasanyiijawar6206
@zahraasanyiijawar6206 Год назад
inii umrii ishii iraa mallgidhaa
@abdiijimmaa5097
@abdiijimmaa5097 Год назад
umrii jaalallaa keessatti murteessa mitti
@ayantu5728
@ayantu5728 Год назад
Kkkkkkk gurbaa kana fuulasaa dhoksuu balleessitan kkkkkkkkkkkkk kkkkkkkkkk kkkkkkkkkk
@kidistnagi1746
@kidistnagi1746 Год назад
sobduu demmi hin taatu umurii maali sii godhaa
@hanafikadue.t3743
@hanafikadue.t3743 Год назад
Kkkkkkk wayo ya fiker nager Ayizon
@hrrugdud6405
@hrrugdud6405 Год назад
Kkkkkkk aja,iba dhugaa qabdi ati dhiphini kee umuridha
@jamelahaji7752
@jamelahaji7752 Год назад
Dhugaa baa sii dhifte 😂😂😂😂
@almaza5920
@almaza5920 Год назад
Mee qilesartii naf hojedhaa jalaleen kiyyaa daftee dhufuu didee jedhee fudhee mal naf wayaa bayeen jaldhaa
@mesadagne8743
@mesadagne8743 Год назад
Hhhhh milashii yami baqa
@roziroozi7499
@roziroozi7499 Год назад
Mone kkkkkkk jalali hin bushaya hhhh situ na kolifisise
@eshetugaredew7895
@eshetugaredew7895 Год назад
Ashamaa harkaa funee anilee senaa jalalaa qabaa akamitan isiin argachuu danda
@AsfawHundecha-hj6wu
@AsfawHundecha-hj6wu Год назад
Mani kun mone too 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂 jalali ummuri hin fillatu
@mamushdejene6090
@mamushdejene6090 Год назад
Baay'ee namati tola anni mamushi dejenen jedhama hirmachun barbada cara nafi kenaa
@jomama151
@jomama151 Год назад
Waqayyoo kan namummaakeetin kan jaaltu siif haalatu
@wsaseesa2314
@wsaseesa2314 Год назад
Maaliniii hasofni dhoqen badii asii
@momemome-lr8zz
@momemome-lr8zz 4 месяца назад
Inni jalalaa hin bekkuu
@CaaltuuTullamore
@CaaltuuTullamore 6 месяцев назад
Baga sii didee unkan
@barattuudiinislaam7765
@barattuudiinislaam7765 Год назад
🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣Ee miskinaa
@Ana-p5p4o
@Ana-p5p4o 11 месяцев назад
Barumsa adda kutuu maaltu fidel?
@koketyenewud1569
@koketyenewud1569 Год назад
Dhugaa dubachuuf jalaali gowaa namaa gotii anii jallaali wan jiruu natii hin fakkaatu yeroo amaa kijjiibatu bayaata wan ta.eef
@anisamitiku4676
@anisamitiku4676 Год назад
Bayyee nama aji.aabaa dha garuu jalalii umrii hin ilaalatuu yaa obbolleessa koo gadatteetaa
@addiskebede656
@addiskebede656 Год назад
Wayyoo garaa koo kolfaan mucuqii
@abdiikooyesu4698
@abdiikooyesu4698 Год назад
We come ♥️ 💚 ❤
@Seenaabaradhuu
@Seenaabaradhuu Год назад
Hamazaa sabonaa 8330ys
@jamilshhill4413
@jamilshhill4413 Год назад
Kkkkkkkkkk dhugaadhee gowwaa ammasii nii jirraa😆😆😆😆😆
@madetube4356
@madetube4356 Год назад
Mall rakko qabaree nam jallatan dhungachun 😏
@jamilshhill4413
@jamilshhill4413 Год назад
@@madetube4356 midiyatii himattanii ree
@kanana1965
@kanana1965 Год назад
Kkkkkkkkkk.umurii.hin.dageessuu.gowwaa.kkkkk
@hanagetnet7307
@hanagetnet7307 Год назад
Kkkkkkkk
@blentube3002
@blentube3002 Год назад
@@hanagetnet7307 mati naf tahime😍😍
@sahayisahayi626
@sahayisahayi626 Год назад
Gowaani Hin dhallatini dhaltuu Hin gudatini☹️☹️
@tigistiyutube3623
@tigistiyutube3623 Год назад
Kkkk
@blentube3002
@blentube3002 Год назад
@@tigistiyutube3623 matii naf tahime😍😍
@makkamakka5833
@makkamakka5833 Год назад
🤣🤣🤣🤣🤣😂🤣🤣🤣🤣🙊🙊🙊🙊
@sayetsayet4637
@sayetsayet4637 Год назад
😁😁😁😁😁😁uuuuuuuu
@senamidekesa2738
@senamidekesa2738 Год назад
obbolesako atis ballessa gudda qabda akka ishin sirrafaggatu ofumaf goote bara ati wagga ishirra maal fuuta wagga 4 qofa sidursiti bar yoon barumsa deme baradhe waggan ish hagasuma deema kan jettu kankee ummuriike hin demuu hhhhhhhh haalumakee ilaltet sidhiste dhiifamalle naf godhiti anille nama jaalalan miidhame jirudha garu atimo hundafu obsi jabaadhu jaalalli jechun ni ulfaata
@mulunashgezaw5040
@mulunashgezaw5040 Год назад
Jaalalii umurii hin dangeesuu
@gadisaabee7561
@gadisaabee7561 3 месяца назад
😂 bushaa
@tigistbeyene2936
@tigistbeyene2936 Год назад
🙄😳 dhugadhee toooooo mooneet xiquma illee hin seeqxuu maaloo waanuma haasoftu dhabdee 🤔😏
@almaalma7227
@almaalma7227 Месяц назад
😊😊😊😊😢😢😢😢
@قاقتلا
@قاقتلا Год назад
Kkkkkkkkk malii raakoo qabaa umurin 🤣🤣🤣🤣
@shibreoro2738
@shibreoro2738 Год назад
yoo ishiin calteetii mataara ijaatii kaa🤣🤣😂
@ObsineetLammeessaa
@ObsineetLammeessaa 5 месяцев назад
😂😂😂😂😂😅😅😅😅😅😅umuriiiiiiiiiiiiiiiii kkkkkkkkkkkk kkkkkkkkkkkk us
@loochiloochi800
@loochiloochi800 Год назад
Ykn siifuu dhisuu kkkk
@دانهدانه-ل3م
@دانهدانه-ل3م Год назад
🙏👍👍👌
@alainalain2199
@alainalain2199 Год назад
anni gafii qabaa anni Abba waraa kiyaa wagaa 5 calaa garuu mo Lakii kun nu giduu hin jiruu kun gowadha umrii dheraa kan namaa kenu waqaayyoo
@faniandsif3401
@faniandsif3401 Год назад
Ani comment naa kofaalchiise 😆😂malii kunni miskiini Ana osoo tahee sii dhisaa atti Nama yaadaa samuu kettu hin hongaatu jiireenya hoganatta kkkkkkk
@obseegorba
@obseegorba Год назад
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko
@tigistalayu5741
@tigistalayu5741 Год назад
Jabadhu baradhu
@obseegorba
@obseegorba Год назад
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko
@wabeytube7714
@wabeytube7714 Год назад
Garaa ko kkkkkkkk 😁😁😁😁
@obsetaye912
@obsetaye912 Год назад
kkkk dhungachuufi 🤣🤣🤣🤣
@obseobse563
@obseobse563 Год назад
Kkkkkkkkkkk
@blentube3002
@blentube3002 Год назад
@@obseobse563 mati naf tahime😍😍
@Mestube-f6q
@Mestube-f6q Год назад
Maalii maa akkatii namaa garama anii bayyeenii bayyee naa garamee 35.n seente kkkkkkkkkkk
@rakcity6216
@rakcity6216 Год назад
Kkkkkkkkkkkkkkkkkk wayyoo garkoo
@dareeedareee7890
@dareeedareee7890 Год назад
Fayalessa wayii
@barechamerga-r8o
@barechamerga-r8o Год назад
jaalalli umurii irratti hin hundaa,u ulaagaas hin gaafatu kan manatti deesse ykn kan umuriin isheee waggaa 27 darbe hin ta,iin malee rakkoon qabu dubbiin borciin.
@MOnetBadh
@MOnetBadh 6 месяцев назад
😂
@masi689
@masi689 Год назад
Gowwaa aka keti dhaga'ee hin beku bagaa si dhiste 🙄🙄👊👊👊😏😏😏
@senamidekesa2738
@senamidekesa2738 Год назад
monet anis mudanno jaalalaa kan hedduu nama gafisisufi baruma namaf ta'u qaba garuu biyya ormaaran jira akkamti danda'amn😢a😢
@derartumohammed4503
@derartumohammed4503 Год назад
Kesa na himi me
@Amaru-f5x
@Amaru-f5x 11 месяцев назад
Waaree wayyii kuni jalaala miti muddanosi hin qabu oduu
@natsennatdeggaf2396
@natsennatdeggaf2396 Год назад
Mudano jalalaa bayee qaba akkamiti egachu dandaa
Далее
Yeroo Jaalalaa
25:12
Просмотров 49 тыс.
Changing The Flag Of The Countries #countryballs
00:18
yeroo jaalalaa.
29:25
Просмотров 18 тыс.
Yeroo Jaalalaa
29:00
Просмотров 63 тыс.