Тёмный

Yeroo Jaalalaa, Qophii yeroo jalalaa OBN irratti jaalala Abbaa 

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Подписаться 662 тыс.
Просмотров 142 тыс.
50% 1

Qophii Yeroo Jaalalaa, Qophii yeroo jalalaa OBN irratti jaalala Abbaa, jaalala Abbaasheef qabdu ibsuuf imimmaattu durse.
Odeeffannoo wayitaawaa bakka jirtanitti akka isin dhaqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa OBN irraa argachuu yoo feetan:
Yuutuubii: RU-vid.com/OBNoromiya...
Feesbuukii Afaan Oromoo: / obnafaanoromo
Raadiyoo OBN zeno.fm/radio/...
Tiwiiterii: / obnoromiyaa
Feesbuukii Afaan Amaaraa:- / obnamharic
Feesbuukii Afaan Ingilizii:- / obnenglish
Teeleegraamii:t.me/OBN_Voice...
Yeroo hunda waan nu waliin jirtaniif ulfaadhaa.
OBN Sagalee Uummataa.

Опубликовано:

 

26 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 486   
@ayanabdallah4171
@ayanabdallah4171 11 месяцев назад
Seenaan miciyo tana fii seenan tiyya takka wly anis akkuma isiti haadhaf abbaan keyya karaa jijigaa kanati wal fuudhani ana fii obbaleyti tiyya takka dhalan. garuu harmeen tenya ni duute osoo nuti joollee, abbaa kenya bakka inni jiru hin beeynu, ni jira moo ni du'e hin beeynu wly amma haboo tiyya wajjiin biyya faranjii jira 😢. Abshiraa rabbiin sif haa mullisu abbaa kee insha'Allah. Yeroon seenaa tee dhagahu obbaleyti tiyyan sehe garuu abbaa kiyya family isaa waanin hin beeynef jecha beeku hin dandenye .
@fooziya3288
@fooziya3288 11 месяцев назад
Midiyaa Ebs dawwali ni argatta yoo jiraatan lubbun
@obsamude8395
@obsamude8395 11 месяцев назад
😢😢😢😢 Warraa si gudisee gafadhui
@revuletpangani5644
@revuletpangani5644 11 месяцев назад
Haawi tiyy najiradhi❤
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 11 месяцев назад
Malo mati naf time
@muntehamohamed1425
@muntehamohamed1425 11 месяцев назад
Abshiirii misikina tiyyaa 😢😢😢❤❤❤
@GADISSAAAraaraa-c5t
@GADISSAAAraaraa-c5t 11 месяцев назад
Abbaan micayyoo tannaa yoo dagayee issii kaa dubisuu tatee gamachuu issilee hordofaa gafadhaa nuu beksisaa rabbiin ilmoo abbaa mallee gudatee abbaa issii argudhaaf akkanatii bochuu tanaa fi abbaa rabbiin wollii haa garsisuu
@birkibirki3052
@birkibirki3052 11 месяцев назад
Dhugaa baay'ee nattii dhagamee Seena haadha tiyyaatin wal fakkata waqaayyoo nagaan wal si agarsisuu🤲🤲🤲
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 11 месяцев назад
Malo mati naf time hadhoko kotu
@hd.murtiguutotube.6289
@hd.murtiguutotube.6289 11 месяцев назад
Rabbiin siif haa mullisu wal si haa agarsiisuu yeroo dhihootti ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@gutemakasim3932
@gutemakasim3932 11 месяцев назад
Rabbiin abbaa keetiin haala gammachuu ta'een wal isin haa qunnamsiisu❤😢
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 11 месяцев назад
Malo mati naf time hadhoko kotu adara
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 11 месяцев назад
Malo mati naf time
@iyesusabdiijiraatadhaa1384
@iyesusabdiijiraatadhaa1384 11 месяцев назад
😭😭😭😭😭 waaqayyoo abba kee sif mulisee sihaa gaammachisuu giiftikoo miskin Hadara yero abba kee aegatus nuf dhiyadhuu gammachu kee walin hirmana ❤❤❤❤❤❤❤😢
@hikmasiraaj6338
@hikmasiraaj6338 11 месяцев назад
Ufa anii abba hin qabu ana dahuma nara duhe garu gise isii arke imiman qabchudadhab rabbiin amumati sii ha milakesu 🤲🏻🤲🏻😭😭😭
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 11 месяцев назад
Maloo mati naf.time adara
@namakulaqurusum9881
@namakulaqurusum9881 11 месяцев назад
Yaaa rabii yero dhii,ootti ijaa gamachutiin wal agarsisii wan akana.garii ilmoon aba akanatii barbadii🥺🥺🥺🥺🥺🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤❤❤❤
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 11 месяцев назад
Malo mati naf time hadhoko
@Jafetube359
@Jafetube359 11 месяцев назад
Tish hamdiyaan tun ijoollee muslimaatii siaa subhaanallaah😢😢Rabbiin wal'isin.haagarsiisu 🤲🤲
@obsituhussen1221
@obsituhussen1221 11 месяцев назад
Anillen seena akkana kana daabarsseen arra kuno alhmdulillah abba kiyya wajjiin waal arkke jiracha jira rabbiin yeero dhiihotti si haa milkkeysu oballeeytti tiyya abdi hin kuttaattiin jaabadhu 😢
@namakulaqurusum9881
@namakulaqurusum9881 11 месяцев назад
Bagaa rabii irraa sii dhabee 🥺🥺🙏🙏🙏🙏🙏🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🎊🎊🎊🎊🎊🎊🎊🎊🎊🎊🎊🎊🎊🎊🎊❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 11 месяцев назад
Malo mati naf time hadhoko
@GT-yr8yz
@GT-yr8yz 11 месяцев назад
Hawwii Rabbi Abbaakeetin wal sihaa agarsiisu,, Akkam Bareedda ati❤
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 11 месяцев назад
Malo mati naf time
@ahamedaliyyii9518
@ahamedaliyyii9518 10 месяцев назад
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤way hadhaa hamtu rabbin issinira haqabuu😢😢😢😢😢
@rafimajama4279
@rafimajama4279 11 месяцев назад
Obboleeti tiyaa qaalii raabiin abbaa kee sif haa muldhisu walitti issni haa bassuu😢😢😢😢
@Arsitiior
@Arsitiior 3 месяца назад
Rabbiin sihii haa gamachisuu❤❤😢😢😢😢
@zamzam3091
@zamzam3091 10 месяцев назад
Uuuffiiii Akkamii garaa nama nyatii maloo yaa rabii garigarii Abba eshii argisisii😢😢
@AbbbTaaa
@AbbbTaaa 6 дней назад
Haalli ati itti qooheeysitu hedduu namatti tola jabaadhu si jaalanna
@Fatima-z8h2j
@Fatima-z8h2j 6 месяцев назад
Rabbii walitii isiin haa fiduu ishaa allhaa 😢😢😢❤😭😭😭😭😭
@ArefatNegash
@ArefatNegash 3 месяца назад
Abishiri qashitiko womamoti wol argitu ok💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝
@RediyeHamid
@RediyeHamid 11 месяцев назад
Rabbii wojjiin isiin haa gahu 🤲☝️
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 11 месяцев назад
Malo mati naf time hadhoko
@HnanaminHnan
@HnanaminHnan 3 месяца назад
Rabbi sihaa gammachiisu yoo Rabbi wol agarsiisu gammachuusiis nudhageesiisa❤
@Ravoz-r2h
@Ravoz-r2h 5 месяцев назад
Rabbii yeroo dhiyooti sif haa mulisuu Imimankee sif barbadee arguu dafee
@sadamshubbaa
@sadamshubbaa 4 месяца назад
Lakofasaa mucayoo tanaa Akaminii Aragadhaa mucayoo tanaa Abaa ishee bekaa dhugaa😭😭
@BeshirGishe-c2j
@BeshirGishe-c2j 11 месяцев назад
rabbiin abbaa kee wajjiin walsihaa agarsiisu nama dhugumaan abbaa ofiif quuqamuu rabbiin si haa gammachiisuu
@mamabdi
@mamabdi 10 месяцев назад
😢😢😢😢 wly Rabbiin siif haa mullisuu abbaa kee 😢😢 ni argatta yoo lubbuun jiraate
@kamilaabdala2131
@kamilaabdala2131 11 месяцев назад
Amishirii inshallah kerimafi jabadhu rabinii sibiraa hajiratuu inshallah 😢😢😢😢😢
@bilal-e4l4i
@bilal-e4l4i 10 месяцев назад
❤❤❤❤❤rabbin abba.ketin.wali .isin.haqunamu❤❤❤❤😂
@rahmaajamaal3926
@rahmaajamaal3926 11 месяцев назад
Uuuuuffff seena kootti kun garuu haadhaf abban kiyyaa ana wagga 7 addan bahani manaa namaatin gudadhee anis 😢😢
@ShamshudinAhmed
@ShamshudinAhmed Месяц назад
Rabbii siif haa mulisu
@RemedanMohammed-pt7hc
@RemedanMohammed-pt7hc 11 месяцев назад
Maashaa Allaah Rabbiin waliin isin haa barbaadu yaa obboleettii teenya
@KdjaKu
@KdjaKu 11 месяцев назад
Yaa rabii wanii garaa namaa nyatuu😢😢😢amshir
@TaddasaShallama
@TaddasaShallama 11 месяцев назад
Jabadhuu dandii dhugaa hkn cittu waqayoon sfi hariguu jabadhuu jabiduu koo
@عائشة-ف4ر
@عائشة-ف4ر 9 месяцев назад
Anis jallallaa abaa hin bekuu utuun hin bariin du,ee rabiin Ramataahagodhufii mameko 😭😭😭😭😭😭
@JamilaaOromo
@JamilaaOromo 7 месяцев назад
Abshiir raabbiin jaannata keessati waal isiin ha argisisu 😢😢
@hayatah7696
@hayatah7696 11 месяцев назад
Rabbi sif hamuulisuu Abbaa kee wajjin bo'ee wly 😭😭😭
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 11 месяцев назад
Maloo mati naf.time adara is a very
@sabotuuarsii3047
@sabotuuarsii3047 11 месяцев назад
Rabii sifii hargisuu misakina tiyaa😍😍😭😭😭😭😭
@صوفياحسن-و8ز
@صوفياحسن-و8ز 4 месяца назад
Anile kanuma😭😭😭😭
@WarioDadach
@WarioDadach 4 месяца назад
Rabbini asigalchu
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 11 месяцев назад
❤❤Bismillah/Alhamdulillah Amantiinis ifaa injifannoo dhibeen jila daa'awaa/daawwii sawsawsaw jalalaa A barnootaa dubarttoonnii A baga Gammadaan
@AsliaAslia-k6k
@AsliaAslia-k6k 7 месяцев назад
Uuuuuuffff wlh rabinii sii haa milkesuu sanyii too qalii tiyaa 😢😢😢❤
@YASINTUBE230
@YASINTUBE230 11 месяцев назад
😭😭😭 dhuga hin bohee walahi
@abdulhakimnure363
@abdulhakimnure363 11 месяцев назад
Hawwii Abshiir Abbaa kee ni argattaa siin wajjii barbaannaa
@jaalmilkeeysaatube8274
@jaalmilkeeysaatube8274 10 месяцев назад
Abdiisaa Tufaa Awadaay jiraachaa ture. Aaah wallaahi hedduu garaa na nyaatte mee waan hundaafuu miyyoo tana na qunnamsiisaa warri OBN 😭😭😭😭
@obsituubetiislamaa
@obsituubetiislamaa 10 месяцев назад
Woyii abba ofii Rabbiin siif haa muldhisuu🙏😢😭
@zaynabhajiumer3620
@zaynabhajiumer3620 10 месяцев назад
Rabbi wolit isin haafidu Obleeti koo anaan absher
@Ale_913
@Ale_913 6 месяцев назад
Rabbiii did haa muldhisuu gara mama nyaataa
@RamadhanAbdii
@RamadhanAbdii 11 месяцев назад
Abajechuun ❤❤❤ tanuma jechuudha Rabii walli issin haagarsisuu
@AsliaAslia-k6k
@AsliaAslia-k6k 7 месяцев назад
Giftii to jabduu mucatii ❤
@ifrahume6833
@ifrahume6833 11 месяцев назад
Rabiin Wala haa garasiiisuu insha'Allah 😢😢
@JamilaaOromo
@JamilaaOromo 7 месяцев назад
😢😢😢😢😢Yaa raabbii umrii dherresifi waal argisisi
@AyanAbdi-ib2ye
@AyanAbdi-ib2ye 3 месяца назад
Rabbii ha gargaruu
@FatihaMohammed-v9b
@FatihaMohammed-v9b 11 месяцев назад
Rabiin yaroo waxiqoo keysatii rabii wal isiin hagarsisuu
@BoranaBareento
@BoranaBareento 10 месяцев назад
Abbaan ishii wareegameera !
@sanyihacee7812
@sanyihacee7812 10 месяцев назад
Dhugaa keetii ni beyta atii
@MasaratWorku-iv8yi
@MasaratWorku-iv8yi 6 месяцев назад
Dhugaa jetaa moo ebadee😢😢😢
@ibsaasheka5468
@ibsaasheka5468 5 месяцев назад
Abshir habibti tiya rabin abaa kee sif hakenu insha alaha anis waliihi siwalini boye❤
@giftibintnuraba6745
@giftibintnuraba6745 11 месяцев назад
😢😢 Rabbiin waali isiin haa argisisuu inshaa Allah 😭Seenaa kee kiyyaa waali fakkataa anii garuu haadha hin qabuu abbaa koo baay'ee jaaladhaa
@bontunabi2099
@bontunabi2099 10 месяцев назад
Wiyii numaan booyee abbaa koo hedduu jaalaadhaa silaa hamdiyaa argee uuf
@hayahoromo7210
@hayahoromo7210 11 месяцев назад
Abshiir qaalii namaa Rabbii siif haa muliisuu ❤❤❤🔥🔥🔥
@jireenyajireenyaa
@jireenyajireenyaa 11 месяцев назад
😭😭😭😭😭😭Waaqayyoo wali isin haa agarsiisuu🙏🙏🙏🙏🙏
@shawakaba
@shawakaba 10 месяцев назад
As.wr.wb akami.fayuma Alhamdulillah Abishir Abishir inshaallah ❤❤❤❤
@TaajirTube1233
@TaajirTube1233 10 месяцев назад
Jaalaltti Keena ummamati ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@shamfamily-p7s
@shamfamily-p7s 11 месяцев назад
Rabbin wal isin haa garsiisuu
@abdicarcar7600
@abdicarcar7600 11 месяцев назад
Rabbiin siif haa mullisuu 😭😭😭
@حسابستور-ك5د
@حسابستور-ك5د 11 месяцев назад
Hojii tee moo OBN
@FaridRajul
@FaridRajul 11 месяцев назад
Rabbiin dhiyeenyatti wal isin hagarsiisuu !!
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 11 месяцев назад
Malo mati naf time hadhoko
@NeePhone-re5oe
@NeePhone-re5oe 11 месяцев назад
😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@Lenchostudent
@Lenchostudent 10 месяцев назад
Bayyee qalbii namaa cabsaa
@RokiGoto
@RokiGoto 2 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤
@DinaaGazalii
@DinaaGazalii 10 месяцев назад
Yahawwi rabbinabaketiin walsihaqunaamsiisu
@waqaayoowayekobekadhaa9805
@waqaayoowayekobekadhaa9805 11 месяцев назад
Jabadhuu hadhoo koo
@JamilaaOromo
@JamilaaOromo 7 месяцев назад
Yaa raabbii uuuuuuuhhh
@afrahnasraddiin9591
@afrahnasraddiin9591 11 месяцев назад
Rabbiin ammumatti siif haa mullisu Wallaahi naboochifte 😢
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 11 месяцев назад
Kotu malo mati naf time
@almitohamatto6551
@almitohamatto6551 11 месяцев назад
Abshir😢😢😢😢😢😢😢
@faayoojamaaloromoo
@faayoojamaaloromoo 11 месяцев назад
Abshiir hawwii Rabbiin Abbaa Wal isiin haa Qunnamsiisuu 😭☝️
@KumelaYadesa
@KumelaYadesa 11 месяцев назад
Keessan na haasysiisi
@habibamano5726
@habibamano5726 10 месяцев назад
Hamdiyyee malii nuu jallaa dulmtee moo ijjaa itiyyaa
@arabeyourtube4919
@arabeyourtube4919 11 месяцев назад
Rabbii sii haa Milkesuu 😭😭😭😭😭
@sabirina578
@sabirina578 11 месяцев назад
Rabbin.Abba.keeti.waal.siihaa.Agaarsisu.insha.allah
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 11 месяцев назад
Malo mati naf time hadhoko kotu
@badriyabadriy974
@badriyabadriy974 11 месяцев назад
Qopii kana sagale bareda kanani nu qopesituu namati tola harii adunyaa boruu akiraa qama kee sataradhuu hamdiyaa
@AmiraMoti
@AmiraMoti 10 месяцев назад
❤❤❤😭😭😭😭
@alimaadam1368
@alimaadam1368 11 месяцев назад
Rabbii abbaa keettin woliin sii haa garsiisuu
@RahimaA-u3j
@RahimaA-u3j 10 месяцев назад
Rabiin abbaa kee Mulissuu mamii koo
@sagalseeqashow6611
@sagalseeqashow6611 11 месяцев назад
Hawwii abdisaa bakka jirtuttii nagaan ko bakka jirtuttii si haa gahuu abbaan ke ni jira naannoo soomaliyaa jirata kan karaa ticktack media fi OMN iyyaafadhu akkuma ati yaada jirtu innis si yaada jira soomalee land keessa ni jirata kanaaf karaa keessoon na dubbisuu ni dandeessa
@NuriyaAdem-q1g
@NuriyaAdem-q1g 11 месяцев назад
Hadaraa yoo dhugaa tatee dubisiif 😢😢😢😢😢
@amaanaadhalootaa6140
@amaanaadhalootaa6140 10 месяцев назад
Yoo dhugaa hin taane qalbii namaa hin cabsin Yoo dhugaa taate dafii wal qunnamsiisu
@duniyaabdulfetha2926
@duniyaabdulfetha2926 10 месяцев назад
Walhii senankun kiya fakata waga dheradhaf gargar bane duu isa dhagegne walhi rabiin nagiyan walitii isin hafiduu hala heduu ulfatudha anis abba koo oson argadhe hedun gamada garuuu tan rabbi itii dhufte video kan arginan 😢😢😢😢😢😢
@BontuBoru
@BontuBoru 11 месяцев назад
😭😭😭😭😭😭😭 Waaqayyoo Abbaakee Waliin Waliitti Isiin Ha Mul.isuu
@bontuuarsiiarsiibontuu7862
@bontuuarsiiarsiibontuu7862 11 месяцев назад
Rabbiin wal isin ha garsisu❤❤❤😢😢
@SeroPero-y2m
@SeroPero-y2m 4 месяца назад
❤❤❤❤😢😢
@ssesss1235
@ssesss1235 11 месяцев назад
😢😢😢😢😢Abshiir rabbiin siif haa mulisuu
@obseobse563
@obseobse563 11 месяцев назад
Waaqayyoo Wal isin haa agarsiisuu abshir sanyii too😢😢
@umuzubeer6012
@umuzubeer6012 11 месяцев назад
Yaarabbii ijollee tiyyatti daddafii nagalchii
@momenamassa8993
@momenamassa8993 10 месяцев назад
Uuuuuuf yaa allh 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@FraolElectronics
@FraolElectronics 11 месяцев назад
wayyoo anaanii ani abbaa koo du'aaniin dhabe garuu kiyyaa caalaa garaa nyaate waaqayyoo si haa gammachiisuu
@BoranaBareento
@BoranaBareento 10 месяцев назад
Namni dhugama Oromoo qulqulluu taatanii fi quuqamni isinitti dhagahamu yoojiraattan shamarreen teenya tuni hambaa habalee citteeti waantaateef jabeessuu fi ammaas jajjabeessuun dirqama keessani abbaan ishee erga wareegame waggaa lama guutuuf deema !
@ashakebede-d5u
@ashakebede-d5u 11 месяцев назад
Abshir Qaalii tiyyaa Rabbii Waliin isin haa gayuu
@oromiyaoromiya7709
@oromiyaoromiya7709 11 месяцев назад
Waallaahi senaa garaa namaa nyatuu sennaan akkanaa heduu jiraa senaa akkanaa watii qabdanii kotaa ibsadhaa matii addaan bataan innii argatuu yoo waal argitanii shakii gotanillee dienii jiraa warii jalalaa kijibaa asiraa oftanii mitiii senaa akkaa micayoo tanaa kotaa himadhaa furmataa argatuu fotoo fi odefanoo gayaa yoo qabatanii oboletii tiyaa rabbiin siii haa gamachisuuu inshaa allaah abshriiiii❤❤❤❤
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 11 месяцев назад
Malo mati naf time hadhoko kotu
@MustefawakeHamda
@MustefawakeHamda 11 месяцев назад
Rabbbi waliin isin haa gahu
@maahimedia8144
@maahimedia8144 11 месяцев назад
Rabiin wal isin haa agarsiisu.
@JafarAli-px8hr
@JafarAli-px8hr 11 месяцев назад
Rabbin sifamullisu
@destaborqa9246
@destaborqa9246 11 месяцев назад
Boteti nabochifite bareduko akuma atii abake jalati anisi sijalasha❤❤❤❤❤❤❤❤
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 11 месяцев назад
Malo mati naf time hadhoko kotu
@LamiikooHjra
@LamiikooHjra 11 месяцев назад
Rabbi waal issn haa agarsisuu Abshir sanyii too
@RameAbraham
@RameAbraham 11 месяцев назад
Hawwii Rabbin siha agarsisuu
@hdks432
@hdks432 11 месяцев назад
Ahaa abshir sanyiko 😢rabii sihaa mulisuu ishaa Allaaha 😢
@mohammadkhairal-halabi7988
@mohammadkhairal-halabi7988 11 месяцев назад
Rabbiin Abbaa ketii wal sii haa garsiisuu inshaala
@obsaadugna3364
@obsaadugna3364 11 месяцев назад
Malo mati naf time
Далее
Yeroo Jaalalaa
24:59
Просмотров 54 тыс.
Giant Silver Chocolates ASMR With My Sister! 🤤
00:46
Qophii yeroo jaalalaa OBN irratti jaalala Halaalaa
26:05
Yeroo Jalalaa, Nama Jaalalli gubee hube.
24:12
Просмотров 58 тыс.
Yeroo Jaalalaa
23:47
Просмотров 50 тыс.