Тёмный

Yeroo kolfaafi bashannanaa maatiikoo waliin | ittiin Bohaaraa 

Dr Nafyad Getu Official
Подписаться 328 тыс.
Просмотров 92 тыс.
50% 1

Yeroo maatii

Опубликовано:

 

17 окт 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 718   
@addoyye
@addoyye Год назад
😂😂😂😂😂wayoo garaa koo ee kolfe Ebade hadhaa kee kana akka Jaladhu Dr wlh❤Rabbi umrii siif haa dheeresu🥲💟
@RahmaMohamed-lz9ps
@RahmaMohamed-lz9ps Год назад
Mashaa Allaah bayye bareduu Rabbi umrii keessan haa dheressu dhugaa utuun isiin alii koo tatani natti tolaa 🥰🥰
@bekaz2121
@bekaz2121 Год назад
Anaan kan baayyee na bohaarsaa turan Harmee keetii❤100%🎉 Isaaniin Bohaareen jira!! Garuu Ani Dr Naafyaad si komadheen jira, suuraa Egr Taakkalaa Uumaa sana hint kennuufii qabda turte. Umurii Dheeran hawwaaf maatii keetiif!
@uzeefkemal1386
@uzeefkemal1386 Год назад
Dhuga obbo getun bayy'een hubbanno qabu .waan ijjolleen debbisu in dandeenye namni guddi akkasi debbisu immo bayy'een namati tola ❤ Harmeenis in dagaatan malee yaallin isiin gaarriidha yeroon mana keessan Dhufan qophiin akkasi itti nuuf fuf...❤
@cvgc4851
@cvgc4851 Год назад
maatii jaalla
@FiloWardi
@FiloWardi Год назад
Wawuuu dhuga heddu natti toltanituu jabadhaa😍😍😍🎉🤙🤙😂😂😅❤💚❤Dr amma attami gammada hadhafi abba kee walin yero jirtuti Umurii dhera jiraadha wawuuu 😍😍🤲🤲❤💚❤
@aminajaro4283
@aminajaro4283 Год назад
Mashaa allah rabbi umurii wolin isini haa dheresuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@وريفالكناني
@وريفالكناني Год назад
Wowow woliin umrii dheradha matii ajahiba ijarraa hafa 💔💔💔💞💞💞💘💘😍😍😍♥️♥️❣️❣️❣️❣️💔💔💞💘
@obsseko2498
@obsseko2498 Год назад
Dr hoji keesani nyadhaa wollhi kolfani nufixee matti Jalala Rabbi umurii keesani hadhersuu ❤❤❤
@urjiiamboo5417
@urjiiamboo5417 Год назад
Dhugaa rabii waqayoo matii kee humurii isanii siifii hadheresuuu wan ofii koo. Namatii tolaa dhugaa ❤❤❤❤❤
@shumituchaka9090
@shumituchaka9090 7 месяцев назад
Waqayyoon umurii dheeraa waliin isaana jiraachiisuu bayyee namaatii tolaa halumaa kanan ittii fufaa.....❤❤❤❤❤❤❤❤
@zeytunaaahmed7264
@zeytunaaahmed7264 Год назад
Mashallaah Allah wly heduu tokoo namati tolitaan ufii rabin umurii isn sifi haa dheresuu family I love you so much ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@neni2773
@neni2773 Год назад
Woww Baba and mami umurii sif haa dhertni Bayye namati toltuu Dr nafi ❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
❤❤❤❤ jabaadhukaa Qalbiinis waraanaa qabeenyaa Uffataa Eegumsaa Kanaaf Beekaan gaafa marii xinxaltootaa says mandisni siyaasni Beekumsii Eegumsaa johar Muhammad see injifannoo Biyya Ethiopian gaafa yaannis waraanaa hidha qabuu dadhabee mallaszenawii har'as diina ida'amuun mandisni teessoo beeknee partii Badhaadhinni
@halimahalima152
@halimahalima152 Год назад
Walhii ani galanii xumurii Aba KO 🙏❤️❤️❤️ Anilee wallag d/dolo dha momo ❤❤❤
@TasneemAbuawwad-l3x
@TasneemAbuawwad-l3x Год назад
Wawo maatii ajaibaa umurii nuuf yaa dheeratan doctor bro ❤❤❤😘😘😘😘😘
@sddfgghgfdrgfggdd8041
@sddfgghgfdrgfggdd8041 Год назад
Wwwwww maatii jaalalaa rabbiin hunda keesanuu umrii isin haa dheeressu ❤❤❤❤
@AlAl-eu2gg
@AlAl-eu2gg 4 месяца назад
Dr waa baay.ee naa gammchisse namnii akka kee hadhaa fi Abba jaltuu nii jiraa daa wwwwa mashaalaa haalaa kanaan itii figaa rabbii waliin haa jirtuu❤❤❤❤😂
@meryaamtube9651
@meryaamtube9651 Год назад
mashaalaa allah mashaalaa allah bayyee Namati tolan Rabbii umrii si haa dheresuu ❤❤❤❤❤
@maasiimm4762
@maasiimm4762 Год назад
Dr mati Kee bayyee namati tolu wooww umuri dif ya dheratan❤❤❤❤❤
@oromoo-h1v
@oromoo-h1v Год назад
MashaAllh MashaAlha MashaAlha MashaAlha ❤❤❤heduu nama bashanasisa matii ufii barsisun ❤
@ameeatube9702
@ameeatube9702 Год назад
Wollahi harmee hedduu takka namati tolti nuf jiraadhuu harmee teenya ❤️
@basirahmmad4163
@basirahmmad4163 2 месяца назад
👉💜💜💜💖💖💖💗💗💗💗💔💔💕💕💗💗💖💖💖💜💖💖💖💖💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
@assegidgadisa7716
@assegidgadisa7716 Год назад
Wow waaqayoo isin yaa ebisu gara nuu dhukubasan maloo❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@bisra7025
@bisra7025 Год назад
Wowww mati bareeda isiiniti haa toluu amalee rabbii umarii keessan haa dherresuu❤❤❤❤❤❤❤
@FooziyaJimma
@FooziyaJimma 2 месяца назад
Rabbiin umri isaani siif ha dherressu bayyee namatti tolu ❤❤❤❤❤❤
@samribintislam3063
@samribintislam3063 Год назад
Muhammad Jawar.😂 Jawar Muhammad 😂😂❤❤❤ Maatii jaalalaa umrii dheertu waliin jiraadha ❤️😍😍❤️
@masaratmasarat7383
@masaratmasarat7383 8 месяцев назад
እናትና አበታቹ እዲሜናጤና ይስጠቻ🙏
@oromuuma3512
@oromuuma3512 Год назад
Heddu das jetu 💖❤ yaa Rabbi Anale Nama galee maati maati ofii woliin gamadu na taasis😢
@seetookeenyaan
@seetookeenyaan 7 месяцев назад
Waaqayyo nagaan maatii keetti siin haagalchu.
@WhinoMobile
@WhinoMobile Год назад
❤❤❤😂😂😂❤❤❤❤ waqayoo waal biraa sin yaa jiraachisuu doctor nafyad nuuf jiràdhuu
@ToleraKumara
@ToleraKumara 4 месяца назад
wow Dr naafi baay'e namatti tola dhuga nuuf jiraadha❤❤❤
@yesusgooftadhaa
@yesusgooftadhaa 7 месяцев назад
Bayyee namatii tolaa dhugaa nufii jiradhaa umurii dheraa ❤❤❤❤❤
@fatutube1970
@fatutube1970 2 месяца назад
Fameli jalalan gutame wowowoww Woga kuma nufjiradhaa❤❤😂😂😂nu boharsitanii fffffuuuu ijahamtu isinira haqabu❤❤❤I love you so much my family 🎉
@bontuu2jimma67
@bontuu2jimma67 Год назад
Mashaallaah rabbii umuri kesani aeeresuu ❤❤❤❤
@mamitugeleta3752
@mamitugeleta3752 Год назад
Maatii eebbifamo waaqayyo gooftaan maccaa umuri dheera isinif kenu!
@yesusejirata4025
@yesusejirata4025 Год назад
Wwwwooo baayee namaa toltu waqqayyoo siin haa ebbisuu♥️♥️♥️♥️
@AhmadAli-yc9sx
@AhmadAli-yc9sx Год назад
Wowowo beautiful very good your family Dr rabbii umurii isani sif haa dheresu❤❤❤❤❤❤🎉
@TekaYigazu
@TekaYigazu Год назад
Wow!maatii jaallatamoodha dhugaa umurii dheeraa waliin jiraadhaa
@gelanegirmageloo-ts8ko
@gelanegirmageloo-ts8ko Год назад
Wayyooo garaakoo😂😂😂 mammada juwar😂 dhugaa baayee namatti toltuu❤❤❤
@SimbooLabbalta
@SimbooLabbalta 2 месяца назад
Bayyee namaa gammachiftuu umurii Sif haa dherratan
@MustefaAliyi-p5h
@MustefaAliyi-p5h 2 месяца назад
Dhuguma doctora Ati ammas rabbi kana caala sammuu siif yaa baldhisu ❤❤❤❤❤❤❤❤
@brtukanjote6928
@brtukanjote6928 Год назад
Uuuffff maati kee namati toluu, mati jalallaa umuri dheeraadha, 💋 💋 ❤️💚❤️
@DibisaGemechu
@DibisaGemechu 8 месяцев назад
Maatii akkam carraa qabeessa ta'edha dhugaa! Waaqayyo gammachuu kana sinitti haa irraanfatu!
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
❤❤❤❤ Gammachuu fayyaatu dafee Eegumsaa dura argaan Barsiisaan ijuma Eegumsaa
@BuzeLeta-ju2zg
@BuzeLeta-ju2zg Месяц назад
baga dhutfani bay,ee namati tola dhugaa umurii dheradhaaa bay,ee sin jalaladhaa👌👌👌👌❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🤣🤣🤣🤣
@Sanyiiabiraam
@Sanyiiabiraam 6 месяцев назад
Nuuf jiraadhu naafiikoo, Abbayee keenya obbo Geetuufi Aadde warqinash Namarraa waliin waaqayyo umurii dheeraa isiniif haa kennu. Hamaa hundumaa waaqayyo isinirraa haa qabu. Maqaa massifannaa Ani siif moggase immoo Eebbaa dha.Qaxalee ilma oromookoo Dr naaf yaad.Sin jaaladha::
@DubaiDxb-z6o
@DubaiDxb-z6o 2 месяца назад
❤❤❤❤❤😊😊😊😂😂😂dhuguma Oromo quluqulludha baye namatti Tollutu nufi Jiradha Sabontota Tenya
@ObseDable
@ObseDable Год назад
Eebbifam jaalala maati baaye nama kolfachistu🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
@KadijaaIbirahim-kr7kp
@KadijaaIbirahim-kr7kp Год назад
Dr haramen ke bayee baredii rabbin umuri sfi hadheresu 😘😘😘🥰🥰🥰🥰💝💝💝💖💖💖
@memeal9923
@memeal9923 8 месяцев назад
Mashallah 🙏 umuridheradh.armee diriyaan ufanakee bayeeee bareedaa❤
@gelaneduga4995
@gelaneduga4995 Год назад
Dr gaaffii itti cimsiteem maali ? Godinaaf dorgommuu ?.
@AAa-p4y8l
@AAa-p4y8l 14 дней назад
Namatti toltu dhugaa rabbii umurii dheeradhaa
@chalaahmed5423
@chalaahmed5423 Год назад
Harmeen tee nama booharsiti dhugatti. She very innocent and funny person
@SaraSara-tj1vp
@SaraSara-tj1vp Год назад
Wowww baayy.e namatti toltaan wal bira isin yaa bulchu 😍😍😍😍
@rahiimalikkiisa875
@rahiimalikkiisa875 Год назад
❤❤❤❤ Umarii dheradhaa jiradhaa walhii bay,ee isii jaladhaa mashalaa mashalaa ❤️ umaa kee bay,ee naa mararuu walhii
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
❤❤❤ofumaa ogummaan ofii DrDarajjee Dhugumaa xiyyaaraa xiyyeeffannaan gara ijaa/Sirna harggansuutiin duutis gaachana hawaasaa
@urjiioromia5833
@urjiioromia5833 Год назад
❤ maatii kee akka male bareedduu Maashalhaa wallayii harme tee
@BeshaBadiyo-zu6gq
@BeshaBadiyo-zu6gq Год назад
Wooo mattii ebbifama dhugaa bayyee nantii toluu❤❤❤❤❤❤
@SoolCaalaa-q6n
@SoolCaalaa-q6n Год назад
Yaa Doktor maatii kee waliin akkas yeroo bareedaa akkasii dabarsuun waan nama barsiisu qaba.
@ararseguddeta4480
@ararseguddeta4480 Год назад
Gaaffii sirrii hin gafannee waan isaa biyya alaa malitti beeku isaan
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
❤❤❤Ambassador fayyaa ardaa marii gaafa barsiiftan ato mallaszenawii ija hanna yaada mo'ataan DrAbiyyii Ahmed Dubbisi daily operations Ogeeyyiin fayyaa waraannii qabee
@alimaadam1368
@alimaadam1368 Год назад
Maatii Jalaalaa ❤❤❤ Harmeen kee worqiidha dhugaa Hunduu isheemaa fakkaatan Please video nuf dheeresii ammaasii marii maatiikee guutuu❤❤❤
@waltejitola3337
@waltejitola3337 Год назад
Woooow ajayibaa dhugaa haala bredaa qoosan keessan hhhhhh❤💚❤
@eyerushanb6341
@eyerushanb6341 Год назад
dhuga.namati.toltuu.waqayoo.umurii.siin.haa.eresuu🙏💖💖💖😍😍
@bashatube2045
@bashatube2045 Год назад
Yaa ummi yaa ruhii ❤❤❤ummi isinii isinii haa dheresuu dr
@SumeyaJelan
@SumeyaJelan 2 месяца назад
Rabbiin umri isani sii haa dheressu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@zeyniabdulla236
@zeyniabdulla236 Год назад
Masha Allah they’re so lovely ❤❤
@mohammadabbass4352
@mohammadabbass4352 Год назад
Baye,ee. Namatii tii tolatuu dhugaa umurii dheraa jiradhaa❤❤❤❤😂😂😂
@Sanyii-ih6uw
@Sanyii-ih6uw 2 месяца назад
Wooww bayy'ee namatii toltu umrii dheradhaa❤❤❤❤❤❤
@HalimaHalima-te4gz
@HalimaHalima-te4gz Год назад
Abbaan kee bayyee cimadha annu hin beekuu kaa inni deebise sani harmeen namaa boharsu umurii isin haa dheeressu
@FatiiFatuu
@FatiiFatuu 2 месяца назад
Wow MashaAallaa bayy'ee namatii toltuu
@qeerroooromia462
@qeerroooromia462 Год назад
Baayyee namatii Toltuu Rabbiin umrii isiin haadheeressu jiraadhaa
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Год назад
Kotuu matii nafa thii qalii ❤
@HANZu.y
@HANZu.y 8 месяцев назад
Namatti toltu wallaahi ,rabbiin waan ofii jaalatu isiniif haa kennu
@WeseneFufaFutasa
@WeseneFufaFutasa 2 месяца назад
Rabbiin umrii siif haa dheressu
@Tayitu-u1u
@Tayitu-u1u 3 месяца назад
😂Uuufi mati mati akana arge hin beku ❤❤❤❤❤ jiradha walifi❤❤❤❤
@ummuabdallahkajeelatuujann5884
Maatii jalalaa rabbii umrii isanii siif haa dheresuu ❤
@GutuDereje-u8o
@GutuDereje-u8o 7 месяцев назад
Nama gammachiisaa Kun ottoo ijaan arganii lapheen koo hawweeraa Dr naf yad ilmaa nama gudda
@ShamsaShamsa-t8e
@ShamsaShamsa-t8e Год назад
Matii jalalaa waqanii umurii siifi haa dheresuu kolfan nuu fixanii mazarinii kee😂❤❤❤❤👌
@rosehusain1519
@rosehusain1519 Год назад
Dhugaa jarsii camaa Adaa isinuu isaniti Batani Mashallaah
@حوا-ض6ث
@حوا-ض6ث 3 месяца назад
Masha Allaah masha Allaah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤umata jallala rabiin umurii nuf hadheresuu❤❤❤❤❤❤❤
@Sariisarii7070
@Sariisarii7070 Год назад
Maatii jaalalaa wqyo Eebbisee umurii dheeraa jiraadha❤❤❤🎉
@MarizaHusain
@MarizaHusain 2 месяца назад
Uuffee🎉🎉🎉🎉🎉haadhakoo natti tolte🎉🎉🎉🎉🎉uruun dhufee gargaare🎉🎉🎉🎉
@MarizaHusain
@MarizaHusain 2 месяца назад
🎉🎉🎉🎉doctor gaaffii ciccimaa maaf gaafattuu ykn filannoo keessa galchuufii qabdu🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@oromojawar2718
@oromojawar2718 Год назад
Maatii jalalaa woliif isiin haa dhisuu ❤❤❤ rachunii vidoo kanaa laluu qabaa😂😂😂
@workienugusie
@workienugusie Год назад
Wowo maatii jaalaala umarii dhera jiradha ❤❤❤
@Halifyaa
@Halifyaa 8 месяцев назад
Kkkkkk bayee namatii toluu walifi isini haa dhisuu❤❤❤❤
@hikmaethopia5424
@hikmaethopia5424 8 месяцев назад
Eee kolfe wayoo garaa koo 😂😂maatii jaalalaa❤❤❤
@Misaraajaboo
@Misaraajaboo 7 месяцев назад
Walahii wani ajaibatii jabadhaa qaliwanii koo 🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤😂😂😂😂
@FgFg-cn2tx
@FgFg-cn2tx Год назад
Mati jalala namati tolatani walif isini haa dhisu hora bulla darba jiradha umata jalala baye namati tolo 💙💙💙💙💙💙
@seenaaboruu9942
@seenaaboruu9942 Год назад
Waaqayyoo Umurrii keessa nuuf yaa dheerrssu ❤rachee😂
@nagayotuulaa1816
@nagayotuulaa1816 Год назад
happy family very good Geetuu maatii jaalalaa umrii siif haadheeressu ❤❤
@sabbontuuhararagee9178
@sabbontuuhararagee9178 Год назад
mashaa Allhaa Rabbii umrii siif haa dheresuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@sofiatube5579
@sofiatube5579 Год назад
Dr gaafi kiyaa hadar rabi naafi debisii gaafi kiyaa marfee uulfaa dhoguu bara 2008 kayadhee ani biyaa arbbaa jiraa garuu wogaa 3 kayadhee hagaa ammaa naa keessaa jiraa mee midhaa naraa gayyaa moo akkami mee naa deebis waqaa jedhi garuu naa dhukubbuu nagayaa koti madam tiyaa himee naa shakite yoo sani him sodadhee. Ani hadhaa ilmaa ni 2 tii😢😢😢
@ummumuhannan3465
@ummumuhannan3465 Год назад
Das nama jetuu umrii Rabbiin waliin isin hadheresuu🥰🥰
@BARAKATIDAJANEE
@BARAKATIDAJANEE Год назад
Hoo waqayyo siin has ebbisuu akanumti ittii fufaa
@iyesusabdiijiraatadhaa1384
@iyesusabdiijiraatadhaa1384 Год назад
Woowow 😂❤❤ nama marartuu uuufeee love you
@misiraa6079
@misiraa6079 Год назад
Wwwww mashaallaa akami namatii tolituu dhugaa rabii wolini isini hatursisu rabini❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@RamaHass
@RamaHass Год назад
Yoyabagaa nagaandhutaani mattidrnaf yaadbayeensijaldhaa malinujalaahinbadeena ❤❤❤❤🙏🙏
@jituutamiraat8250
@jituutamiraat8250 Год назад
B anoo bekku jedhani😂😂😂 uuf harmekoo akkati sin jalaadhu ❤❤❤
@hallowiyatube575
@hallowiyatube575 Год назад
Matii Jalalaa Baayyee Namaati Toltuu ❤❤❤❤❤
@khaderkhader5312
@khaderkhader5312 Год назад
Uuuuuffff koflen du.e mama and dada ❤love you
@LatifaAbdullah-d8s
@LatifaAbdullah-d8s 2 месяца назад
Umii..fi.abaa.kee.bayee.jaladhaa.madhalaaaaa.❤❤❤❤❤😂😂❤❤. Dr.nafiyee..galatomiiii
Далее
ROBLOX TRAND AGAIN. Part 7☠️🗿🙋🏻‍♀️
00:16
KOOMEDII  KANAN BOHAARAA/ QOPHII ADDAA
16:34
Просмотров 291 тыс.
Dr Nafyad Cidhaa ajaa'ibati baga geessan 💝🕊
22:22
OROMIA11: TURTII DR. NAAFYAAD WAJJIIN TAASIFNE
1:05:29
Просмотров 21 тыс.
ROBLOX TRAND AGAIN. Part 7☠️🗿🙋🏻‍♀️
00:16