Тёмный

Yeroo soomiin hin jire foon biyya Arabaa nyachuun cubbuudha? | Abban mana koo ani biyya alatti erge 

Dhangaa Lubbuu\የነፍስ ስንቅ
Подписаться 80 тыс.
Просмотров 4,7 тыс.
50% 1

Yeroo soomiin hin jire foon biyya Arabaa nyachuun cubbuudha? | Abban mana koo ani biyya alatti erge
🙋‍♂️🌹❤️👉Please don't forget to Like, Share and Subscribe to Our Channel
💚💚💚💚💚💚💚💚💚
💛💛 🕊WEL COME 🕊 💛💛
Welcome to the RU-vid Channel of Dhangaa Lubbuu
Baga gara RU-vid Channalii Dhangaa Lubbuu nagaan dhuftan.Chaanaaliin kun kan barsisaa Dajanee Gurmessaa yoo tahu tajaajila hafuuraa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidootiif kan qophaa'edha.Kabajamtoota hordoftoota keenya Subscribe, Like, Share fi comment godhaa Maqaa waaqayyoon na jajjabeessaa.Jallatannii waan Hordooftannif guddaa galatoomaa.
____
Welcome to the RU-vid Channel of Dhangaa Lubbuu.This channel is dedicated to the spiritual services of the Orthodox Tawahido Church.Dear followers, Please Subscribe, Like, Share and comment Please encourage me in the name of God.Thank you so much for following my Channel!
--------------------------------------------------
እንኳን ወደ ዩቲዩብ የDhangaa Lubbuu ቻናል በደህና መጡ።ይህ ቻናል ለኦርቶዶክስ ተዋሕዶ ቤተ ክርስቲያን መንፈሳዊ አገልግሎት የተዘጋጀ ነው።ውድ ተከታታዮች እባካችሁ ሰብስክራይብ፣ላይክ፣ሼር እና ኮሜንት አድርጉኝ እባካችሁ በእግዚአብሔር ስም አበረታቱኝ ስለተከታተሉኝ በጣም አመሰግናለሁ።

Опубликовано:

 

18 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 90   
@mesimesiyye4209
@mesimesiyye4209 4 месяца назад
Ameen waqayyoo sagalee isin haa dhageesisuu ebbifamaa barisisaa keenyaa 🙏🙏❤
@ShimalisFekadu
@ShimalisFekadu 4 месяца назад
Ameen barsisa keenya waaqayyoo sagallee jireenya isiin haa dhageesisu ebbiifamma jabadha waaqayyoo isiin haa ta'u
@waleshume
@waleshume Год назад
Ameeeen (3)❤❤❤❤❤❤❤
@Mamushe0Temesge
@Mamushe0Temesge 2 месяца назад
Ameen waaqayyoo sagalee jireenyaa isin ha'asuu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏♥️
@Yashi-l6p
@Yashi-l6p 2 месяца назад
Barsisa.kenya.sagale.waqayo.isin.ha.dhagesisu.Amen.Amen.❤❤..nufii.jabadha.
@Darartu-ik4un
@Darartu-ik4un 7 месяцев назад
Waaqayyo sagalee jireenyaa isin haa Dhageesisu Lafarrati deddebituu manasaa samiirati dhaaltuu mootumaa isaa isin haa taasifatu heebbifamaa Barsiisaa keenya ❤❤❤❤❤
@SonySonysaudi
@SonySonysaudi 3 месяца назад
Amen amen amen dhuguum dhugaatii ebifaam ❤️ waqaayoo sagalee jirenyaa isinif yadhagechisuu wan bayee isiniraa bardhee🙏
@Rooz-lz8xr
@Rooz-lz8xr Год назад
Dhugumaati barsisaa Kenya waqayoo sagalee jirenyaa isiin haa dhagéchisduu
@FsjwjHshs
@FsjwjHshs 4 месяца назад
Baasiisaa barumsiku guyaa kaamii irraa kaastaan haagaa kaamii tii barsiistuu daabaslate satii kaamiira egaltuu 🤲🤲🤲
@WaqayyoonAbdiikotti
@WaqayyoonAbdiikotti 8 месяцев назад
Ameen Ameen Ameen waqayyoon sagalee jireenyaa sii haa dhagesisuu barsiisaa Keenyaa
@newgirl4545
@newgirl4545 6 месяцев назад
Ameen Ameen Ameen Ameen 🙏🏼 ❤️ ♥️ 💖 💕 💗 🙏🏼 ❤️ ♥️ 💖 💕 💗
@Genti-d1o
@Genti-d1o 6 месяцев назад
Amen Amen Amen sagalee jirenyaa siyaa dhagesisuu barsisaa❤❤❤❤❤
@Workinesh-rs1fe
@Workinesh-rs1fe 5 месяцев назад
Ameeni Ameeni Ameeni waaqayyoo sagalee jireenyaa sini Haa dhaageesisu
@tougibougialemito3001
@tougibougialemito3001 Год назад
Amen Amen Amen
@user-vx3dc6vf1n
@user-vx3dc6vf1n 6 месяцев назад
Ameen Ameen Ameen waqayyoon sagalee jirenyaa ISIN haa dhagesisuu
@nabakoozafaith1314
@nabakoozafaith1314 Год назад
Amen amen amen 🤲🤲🤲
@gantrataarataaganat9331
@gantrataarataaganat9331 Год назад
Amen amen amen ebifama waqayoo sagale jirenya sin haa dhagesisu ⛪⛪
@Mariyaamariyaam-rm6wb
@Mariyaamariyaam-rm6wb Год назад
Ameen Ameen Ameen Qalehiwoot yasemalin mamirachin 🙏🥰❤️♥️♥️
@sholagiza4944
@sholagiza4944 Год назад
Barsisaa kenyaa waqayoo bara aTajajila kesani haa dherssuu
@AyeluDemeneMekonen
@AyeluDemeneMekonen 6 месяцев назад
Ammee Ammee Ammee Ammee 🎉🎉🎉🎉waqayoon sagalee jireenyaa siin Haa dhageesisuu
@ShimalisFekadu
@ShimalisFekadu 4 месяца назад
Alaala kan hin gurree fi lukti isannii baqaqa hin tannee jiru fkn lukkuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@BuzeFeyisa
@BuzeFeyisa 5 месяцев назад
Waqayyoo goftaan sagalee jirenyaa si has dhageesisuu ebifaamii
@nabakoozafaith1314
@nabakoozafaith1314 Год назад
Amen amen amen amen ebbifamaa
@Hawii.Hawi7579
@Hawii.Hawi7579 Год назад
Amen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen baga nagan dhuftanii barsisaa kenyaa 👏🙏👏🙏👏🙏👏🙏👏🙏🙏👏🙏👏🙏👏🙏👏
@kennaa.Tawahidoo
@kennaa.Tawahidoo Год назад
Ameen.Ameen.Ameen dhugumatti.waaqayyoo Gooftaan sagaale.jireenyaa.siin.haa dhagesisuu ebbifammaa barsiisaa.keenyaa.🙏💒❤
@Mesret-h5c
@Mesret-h5c 7 месяцев назад
Jabbadha sabbaa waqayyoo nageenyiif yaa bayyatu
@FanosAl-tj7ku
@FanosAl-tj7ku 2 месяца назад
Ameen waqayyoon sagalee isiin ha dhageessisuu❤
@almazmulata9976
@almazmulata9976 Год назад
Ameen ameen ameen ❤❤❤
@askala946
@askala946 6 месяцев назад
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤
@user-xn5nb5uk6o
@user-xn5nb5uk6o 7 месяцев назад
Ameen Ameen ameen 🙏🙏❤️❤️
@AlamMyamii
@AlamMyamii 6 месяцев назад
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🤲🤲🤲🤲🤲🤲
@AyeleshAyelesh
@AyeleshAyelesh 6 месяцев назад
Ameen Ameen Ameen ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
@bontobontuuetopia4672
@bontobontuuetopia4672 Год назад
Ammeeen Ammeeen ❤❤
@debe5811
@debe5811 Год назад
Barsisa kenyaa waqayyo sagalee jirenya isin yaa dhagesisuu arjjumman waqayyo sif yaa bayyatuu ❤❤❤
@genetgemechu6159
@genetgemechu6159 Год назад
Waaqayyo gooftaan sagalee jirenyaa baraa baraa isiin haa dhagesisuu ebbifamaa bs //kenyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Berrito-oq4tu
@Berrito-oq4tu 6 месяцев назад
Ammeen Ameen Ameen❤❤❤❤❤
@bashadutube
@bashadutube Год назад
Ameeen barsiisaa keenyaa waqayyoo goftanii sagalee jirenyaa siin haa dhagesisuu ebbifamaa ❤❤❤🙏🙏🙏
@draryalm205
@draryalm205 Год назад
Waawayyoo Sagalee Jireenya isin haa Dhageessisu Bara Tajaajilakeessani isiniif haa Eebbisu Dhaaltuu Mootummaasaa isin haa Taasisu Ameen
@zedted1368
@zedted1368 Год назад
Amen amen amen basisaa kenyaa ebifamaa Waqayoo sagalee jirenyaa sin yaa dhagechisuu basisaa kenyaa
@fiqirteguta
@fiqirteguta Год назад
Amen Amen Amen 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@user-bi5gr5ud2q
@user-bi5gr5ud2q 7 месяцев назад
waqayoo sagale jirenya sii haa dhagesisu obolesa koo
@zewdowtokonjo1513
@zewdowtokonjo1513 8 месяцев назад
Amen amen amen amen amen
@fenouschamas7520
@fenouschamas7520 6 месяцев назад
Ammeen ammeen ammeen amman
@diqituabara2392
@diqituabara2392 Год назад
Ameeen Ameen Ameen ❤❤❤❤❤
@RxdTypi-pc1nc
@RxdTypi-pc1nc Год назад
🥰🥰🥰
@kebeneuae1557
@kebeneuae1557 7 месяцев назад
Waqayoon sagale jireenyaa isin haa dhagesiisuu barsiisaa keenyaa barsiisaa Gaafii sadafa 3ffaa irraatii anii ilee wadda kiyya digeen jiraa sanuu maqa hadha kenyaa dubroo maariiyaamin waalif gaalee jalala dhugaa oson jaladhuu hoojjin isaa gara naa ga'uu dide achumini isaa dhisee anatuu dige wadda kenyaa maal jettu barsiisaa kiyyaa😢😢
@dinglameljeamalje6144
@dinglameljeamalje6144 Год назад
Amen Amen Amen keli hiwota yesmalin Gin siga ayibalmi lemin arebochi yeraduti sel hone
@britutufa3672
@britutufa3672 6 месяцев назад
Ameeeen Ameeeeen❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@user-ov5vz5mk5q
@user-ov5vz5mk5q 7 месяцев назад
Ameen ameen ameen dhuga ketii ❤❤❤❤
@eteneshintle7449
@eteneshintle7449 7 месяцев назад
Waqaayyoo sagaalee jireenya siin haa dhageechisu
@genzebetacaan6832
@genzebetacaan6832 11 месяцев назад
Amene Amene Amene ❤️❤️🥰❤️❤️
@DejeneAdisu-i1e
@DejeneAdisu-i1e 6 месяцев назад
Ameen ameen ameen!❤❤❤ ebbifami!
@user-li4fp2zd1o
@user-li4fp2zd1o Год назад
Waqayyoo sagalee jirenyaa isana dhagesisuu dhifamaa gafii tokoon qabaa iniis wantotaa bishaan keessaa jiraatan keessee qurxumin dhorkadhamo eyemamadha🙏😢😢
@dhangaalubbuu
@dhangaalubbuu Год назад
nyaachuun moo?
@FsjwjHshs
@FsjwjHshs 4 месяца назад
Ameeen ameeen ameeeen siinfiisii haatuu🤲🤲🤲
@emebitcrisa997
@emebitcrisa997 Год назад
Ameen Ameen ameen 🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏❤️ Ameen Ameen ameen🤲
@user-le4xf2rl6q
@user-le4xf2rl6q 7 месяцев назад
Ameen Ameen Ameen Barsiisaa keenyaa waaqayyoo sagaale jirenya siin haa dhageessu❤❤❤❤
@zhanna2721
@zhanna2721 Год назад
Waqayyoo goftaan sagalee jirenya sin haa dhagesisu barsisa Kenya ebbifamaa
@JanetteAbara
@JanetteAbara Год назад
Amne amne amne ❤❤❤❤❤❤❤❤
@appcell7235
@appcell7235 Год назад
Barsissa kenyaa waqayyoon sagalle jirenyaa issin haa dhagesisu bara tajajilla keessani issinf haa ebbissu enbifamma Barsissa anile gaffi Mee maloo naaf debbissi Ergan biyya bahe anis fonno Jara nyachaa jiraa yero somma moo akkamin sommu danda'a Mee osson hin bekkini yero somma fonn Jara nyadhera Garu Yoon Gabbi hin gallin ykn osson xabbala hin xammaqamini Mee akkamiti somma kneyaa sommu danda'a Mee naaf denbissa haddara waqa 😢😢😢😢
@kibinashtizazaa4772
@kibinashtizazaa4772 Год назад
🙏🙏🙏
@kawtherkarain9346
@kawtherkarain9346 Год назад
Ameen Ameen Ameen
@NanatiGrmA
@NanatiGrmA Месяц назад
❤❤❤❤❤❤❤❤
@dammiituu0509
@dammiituu0509 Месяц назад
❤❤❤❤
@ትርንጎበቀል
@ትርንጎበቀል Год назад
Sagaalee baraa baraa sihaa dhageessiisuu waqaayyoon jaabaadhu rabbii baraa jireenyaa kee yaa dhereessuu🙏🙏🙏♥️♥️
@SleepyBoardGame-nf9fu
@SleepyBoardGame-nf9fu 6 месяцев назад
Namin tokko osoo gai'alaa hin gageefatin walin fedhi foon yoo rawwatani garuu ishinis durbumaa ishitin innis qerumaa isati sana bodaa Takigilidha gageefachuu hin danda'uu
@BizuneshBekeleBayisa
@BizuneshBekeleBayisa 5 месяцев назад
Nyaata isaa dhise foon dhisee shorobaa isaa yoo dhugnee hoo
@5gtupe
@5gtupe 5 месяцев назад
Barisisaa kenyaa galatomii garuu gafii qabayuu lukuu nyachunii nii idadamaa
@debe5811
@debe5811 Год назад
Amen Amen Amen Amen ❤❤❤❤
@aminafayiso5912
@aminafayiso5912 Год назад
Nagaan Waqayyoo sifiinnif haa bayatu namaa Waqayyoo Mee luqis sillii essaa jiraa Wangelaa kami keessaa jiraa bekuu barbada
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
❤❤❤gaallii beeyilada manaa yoo nyaataanis rakkoodha? Yaannis waraanaa qabeenyaa Eegumsaa umanni
@FunnyBlueLake-ny2gw
@FunnyBlueLake-ny2gw 2 месяца назад
Barsisaa kenyaa Ani wadaa galee turee garuu bodaa mucaani amantaa isaa kaani biraati naani dhisee hagaa amaa gaafi ga'ilaa naafi dhiyatuu hundaa kessaa koo hin jiruu wadaa naaraa hiki jenaani didee 😢furmaani koo maali
@warqeewmariyami9740
@warqeewmariyami9740 6 месяцев назад
Waqayyoo sagalee jirenyaa dhumaa hin qabinee isinii haa dhageessisuu barsisaa kenyaa Anii foon lukkuu malee foon Arabinii qalee hin nyadhuu Lukuu mashiniituu qalaa waan ta'eef Foon musilimiin qalee yoo nyanee rakoo hin qabuu jechuudhaa?
@hph8085
@hph8085 6 месяцев назад
Ameen ameen ameen ebiifamma, b/s qurbaana Warrii fudhaane harki warra Araba Kan qalle nutti nyaachu ni dandeenya moo b/s siilaa isaanoo musilimoota???? 😮
@IftuuIftuu-nw5fe
@IftuuIftuu-nw5fe 5 месяцев назад
B/saa waqayyoo Sagaalee jiraanyaa isiin haa dhageesiisuu eebbifaamaa garuu Gaffiin qaba innisi yammuu soomni hin jirree foon Biyyaa araabaa nyaachuun dhooorkaa hin qabu yoo isaa waqayyoo nuuf eeyyaame ta,ee ykn immoo warreen nyaataaman nyaachuuun rakko hin qabu jettaanittuu innii kuni siirrima garuu Nyaatni qalamee qophaa,uu suni kan qaluu isaanumadha soomanyaa miti isaan kunihoo rakkoo hin qabu nyaata muuslimni qalee nyaachuun ykn immoo namni soomaa hin soomnee yoo qaalee qaalmaa sana nyaachuun dhoorkaa hin qabumoo???
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Год назад
Ok Aannaan gaalaa ho ? dhugumaa/nii
@Yonasfeqaduu
@Yonasfeqaduu 7 месяцев назад
Gaaffii, Foon namni musliimaa tokko qale yoo kiristaanni tokko nyaate rakkoo hinqabaa?
@ميسيرت
@ميسيرت 12 дней назад
Barsisaa nagaa waqayo sinif haa ta'u ani kanan jiruu arabaa yeroo duraa dogongore fonni isaan nyachaa ture ammaa mal godhuu
@RedateAbera-gb6yw
@RedateAbera-gb6yw 5 месяцев назад
maqaa abbaa kan ilmaa kan afuura qulqulluu sadan waaqa tokko ameen yeroo namni du'uu/ boqootu/ fitaatiin /hikoon/ ni godhamaaf itti fufuun gafaa guyyaa torbaa gafaa guyyaa afurtama itti fufuun ni godhamaf guyyaa sana shakkitonniwaana sanaaf qophaaye hin nyaatan /hin sooratan/ soraachuun dhisuun jaraa sun malif?namni tokko immoo erga du'ee/erga boqoote/ dhifaamni ni godhaamafi? hikaanumti fitaati immoo kutaa kitaaba qulqulluu keessa eessa jira?
@boseapplicant9417
@boseapplicant9417 Год назад
Waaqayyoo baraa Tajaajilaa Kee yaa Dheerresuu Gafiin Qabaa Barsiisaa keenyaa 1)Hiriyyaan tiyyaa Biyyaa Alaa demtee Ulftaa Tatee Deebitee Naan Basee debi,aa Mana nyallaa Naa Geessii jettee Naa Biraa Dhuftee Waaliin Demeen Bastee Anis Waaliin Cubbamtuudha Ykn Waaqayyoon Naa Gafataa? 2) Dhiirrii tokkoo Naa Fudhuuf Ykn Naa Waaliin jirachuuf Hedduu Naa kadhatee Ani hin Barbduu Maqaa Qulqullootaa Wamee Naa Abaree Cubbuu Natti Ta,aa Waaqan Naa Gafataa moo isaa Qofaa Cubbamaan Naan Sodaadhee Isaa Waaliin jirachuuf hin Barbduu Maqaa Qulqullootaa Natti Wameen?
@dhangaalubbuu
@dhangaalubbuu Год назад
kan dhiira si fudhuuf maqaa Qulqulloota siti waame rakkoo hin qabu kan mucaa baaftani garuu osoo dhowwu dandeessu yeroo isheen lubbuu baftu caaliste kanaf gaabbii galuu qabda lamaan keessaanifu kun cubbuu guddaadha waaqayyo lubbuu hin baasin hin jenne?
@امنهمم-ص6س
@امنهمم-ص6س Год назад
Ma kijibadanii kanii islinii mantii qalnii hin nyatanii kijibdotaa
@AnsinanAdm
@AnsinanAdm 11 месяцев назад
Yeroof soomiin hin jire foon araba nyaachun rakkoo hin qabu kan jeedhu irratti kan Muslimii qalee nyaachun rakkoo hin qabu?
@DejeneAdisu-i1e
@DejeneAdisu-i1e 6 месяцев назад
Qurxuummii nyaachuun hin danda'amaa? moo hin dandaa'amu ?
@Masii-xt1mh
@Masii-xt1mh Год назад
𝘼𝙢𝙚𝙣 𝙖𝙢𝙚𝙚𝙣 𝙖𝙢𝙚𝙚𝙣 𝙚𝙗𝙞𝙛𝙖𝙢𝙖𝙖𝙖 𝙗𝙨𝙖𝙖𝙖𝙖𝙖
@Hawii.Hawi7579
@Hawii.Hawi7579 Год назад
Amen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen baga nagan dhuftanii barsisaa kenyaa 👏🙏👏🙏👏🙏👏🙏👏🙏🙏👏🙏👏🙏👏🙏👏
@KemuEthiopia
@KemuEthiopia 5 месяцев назад
Amen Amen amen
@TurgoDama
@TurgoDama 5 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤❤
@Hawii.Hawi7579
@Hawii.Hawi7579 Год назад
Amen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen baga nagan dhuftanii barsisaa kenyaa 👏🙏👏🙏👏🙏👏🙏👏🙏🙏👏🙏👏🙏👏🙏👏
@tougibougialemito3001
@tougibougialemito3001 Год назад
Amen Amen Amen
Далее
q
1:54:00
Просмотров 12 тыс.
Dubartiin takka suuqii namatti osoo mortuu qabamteetti!
23:18
Sagada Gaabbii Maal Jechaa Sagadnaa! Dhangaa Lubbuu
22:43