Тёмный

YOSEF OFKALA: TULLUU TOLOOTAA 

EGEREE MEDIA
Подписаться 241 тыс.
Просмотров 444 тыс.
50% 1

Опубликовано:

 

27 окт 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 377   
@chaltu7733
@chaltu7733 Год назад
Dhugaa dha Waantti Dachee kana irra fi Nu kaan jiranuu Biyyaa Lafaa kana irraa yeroo xiqoo dha gaaruu motumaa waqayyoof haa Qobissinuu farfannaa kuun Bayyee Nama gamachisa Ebbiffammii
@Lalisa_Asefa_Official
@Lalisa_Asefa_Official 2 года назад
Faarfannaa quufamuu hin dandeenyedha dhugaa! God bless all!
@lilonagi862
@lilonagi862 2 года назад
uuuuuuuuuffffffffeeeyyyy Ameeeeeeeen Ameeeeeeen Ebbifaama dachadhani Ayyaannii waaqayyoo isinifii haa baay.atuu qulqulota mati waaqayyoo ❤❤❤❤❤
@mamitugeleta3752
@mamitugeleta3752 2 года назад
AMEN AMEN AMEN elelelelelelelel Hallelujah Hallelujah Hallelujah Hallelujah Hallelujah Hallelujah Hallelujah Hallelujah! Waaqayyo gooftaan maccaa bara keessan haa eebbisu eebifama. Ayyaana irraati ayyaana isiinif haa dabalu!!
@sanyiimedia575
@sanyiimedia575 2 года назад
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i sanyiiko ❤💚💚
@GenetGosoma
@GenetGosoma Месяц назад
❤ dhugaa waaqayyo jireenya kee bara haa eebbissu kanurraa moo ayyaanni waaqayyo siif haa baayyatu Yosi
@damechaka5360
@damechaka5360 2 года назад
Ayyaanni waaqayyoo hafee bara hunduma sirra haa jiraatu. faarsa lubbu qabu, kan onnee namaa gara teesso waaqayyooti butudhaa.faarsa waan lafa irraa nama gansiise dhaala barabaraa jireenya dhugaa nama dheebochisudha eebbifami.
@Kakuu347
@Kakuu347 2 года назад
Muccatti qaxaleen kun bagaa dhalatte. Jabadhuu ati bara kana kessaa nama mul'ata adda qabdudha.
@siifanjesus3149
@siifanjesus3149 2 года назад
Ameen ebbifaama kinoo farfannaan akkanattii hafuuran yoo ta.e nama ebbiisa🥲🥰 Malee wangeela lafa ka.anii ulee batanii lafa dhituu baay.een isaani goftaan isanittii ya araraamu🥲🥲
@gindoentertainmenttube7056
@gindoentertainmenttube7056 2 года назад
Ameen Ameen Eebbifamaa! Faarfannaa Akkasii erga Argine turre. Jirraadhaa Waaqayyo isin haa Eebbisu!
@Mulu-e4i
@Mulu-e4i 2 месяца назад
Waaqaayoo goftaan maacaa si aa ebiisuu faarfaanaa baatee jireenyaa namaa ebiisuu farfaatee kanaairaa ayaanii goftaan maacaa siifhaabaayaatuu ebiifaamii
@Atina450-gv3vc
@Atina450-gv3vc 2 месяца назад
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen waqqayyoo sii haa ebbisuu ebbifamii dhugaa ❤❤❤
@godisgoodallthetime643
@godisgoodallthetime643 2 года назад
Uuufeeeee amen amen amen amen amen achiim garaan Koo kan innii abjuuatuu Nan dhabee ilalee Kan Namaa gamachissuu ardii kanaa uufeeee goftaa Koo baraafi Jirenyaa kee haa ebisuu Namaa kakuu It's amazing song ❤️🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@asr-nj8ci
@asr-nj8ci 20 дней назад
Furtuun bara bara siif haa laatamuu yosii kk❤❤❤❤
@WorkulemiWakene
@WorkulemiWakene 12 дней назад
Ebbifam
@nuuwaalif
@nuuwaalif 2 года назад
Waqayyoo baraafi jireenyaa kee haa eebbisuu, eebbifamii, gooftan koo isin haa eebbisuu
@boontuuyesus4508
@boontuuyesus4508 2 года назад
Amen amen uuufffee ebbifamii Ayyaani waaqayyoo dachaa sifi dabalamuu farffannaa gara waaqayyootti nama deebbisuu
@SaraSara-mv7rt
@SaraSara-mv7rt 2 года назад
Uuuuffffeee Ameeeeeeen Ebbiifamii Ayyaanni Goftaa dachaa Siif haa ta uu Ebbiifamaa 🙏🙏🙏♥️♥️
@hanehabetu7132
@hanehabetu7132 2 года назад
Waqayyoo jireenyaakes ha ebbisuu ulfaadhuu waqayyoo amayyuu farfanna dachaa dachaa sifaa kenuu Ameen Ameen Ameen 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@ayyaantuuayyaantuu4826
@ayyaantuuayyaantuu4826 2 года назад
😭😭😭😭😭Uuuuuuuuuffffffeeeee waaqayyoo guutummaa bara keessanii haa eebbisu eebbifamtoota gooftaa Faarsaa hin quufamnedha dhugaa eebbifami haadhooko
@hailunegasa5459
@hailunegasa5459 8 месяцев назад
Farfana wa,ee motuma waaqayyo nama geesu kana ebbifami jabadhu Wa,ee shiroof barbaree mitti kun
@ayantukabeta9021
@ayantukabeta9021 2 года назад
uuuuuuuuuffffffffffff waqayoo isiini haa garagaruu jabadhuu nu jiradhuu bara baraa jireenyii keetti sii haa ebifamuu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@shobashoba1413
@shobashoba1413 2 года назад
ይህ ዝማሬ ስሰማ በጣም አቃተኝ ዘመናቸው ይባርክ💞💞💞💞💞🙏😭😭😭😭😭
@boniitajesus8813
@boniitajesus8813 2 года назад
dhugaa waaqayyoo dhaggefadhe qufu dadhadabe uuufffeeee ameeeen ameeen ebbifama waaqayyon isiin ha ebbisuu
@buzuneshlebenu7239
@buzuneshlebenu7239 2 года назад
Ameen ameen waaqayyoo barra jirenya keessani haa eebbisu jiradha namaa kakuu
@uaruae2977
@uaruae2977 2 года назад
Uuuuuffffeeeee milkaa'aaaaa goftaan hammaa dhumaattii isiin haa gargaaruu
@user2437
@user2437 2 года назад
gooftaanko baay'ee si haa eebbisu
@maartaafirdiisaa6410
@maartaafirdiisaa6410 2 года назад
Ameeeen Milkaa'aa Eebbifamaa Kaadhimamtoota Yerusaalem Haaraa 👑👑👑👑🎧🎧🎧🎧📖📖📖📖📖📖
@desalegnfeyisa9291
@desalegnfeyisa9291 2 года назад
Uuffeeeh eebbifamaa!!!!! Achiim garaan koo kan inni abjootuuu
@bontuuwalaga9665
@bontuuwalaga9665 2 года назад
Farffanna Dhageefatame Hin Quufamneedha Waaqayyo Baraaf Jireenya Keessan Haa Ebbisu Ebbifama Dachaa
@ararsoliko3995
@ararsoliko3995 2 года назад
Ajaa'iba! Ayyaanichi daddabalee siif haa baay'atu.
@biraneefiqireewarquu7835
@biraneefiqireewarquu7835 2 года назад
Ameen Ameen eebifamaa waqayyoo siin haa ebisuu!
@sinboonkooyesusfirst8549
@sinboonkooyesusfirst8549 2 года назад
Uuuuuffffeee farfanna nama boqochisu 🙏🙏🙏🙏🙏 eebbifamime dachan ayyanisaa sirratti haa dhangala'u 😍😍😍🌹🌹🌹🙏🙏
@GanuGanu-x2l
@GanuGanu-x2l Год назад
Waaaaaaw.ebbifami😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤.dhugadha.waaqayyo.siya.ebbisu
@fenaanebbisa2536
@fenaanebbisa2536 2 года назад
Ameeeeeeeeeen baayee namatti tola ebbifama waqaayyo bara keesan ha ebbisu
@mtssitayomucaakakuumobile9289
@mtssitayomucaakakuumobile9289 2 года назад
Uuuuffey Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Eebbifamaa Eebbifamaa dachaa ijoollee kakuu darbaa deemaa maqaa yasusiin ✝️💜🤲🤲🤲👏👏👏
@aubtelecom3773
@aubtelecom3773 2 года назад
Laphee nama qabaneessa goftaan kana caala isin haa ebbisuu🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@DagituuAsetu
@DagituuAsetu 22 дня назад
Ebiifaamii maqayesusini 😢😢😢😢😢😢Ameeeeeeeeeen
@ourcountry3344
@ourcountry3344 2 месяца назад
gooftichi ini bara bara si ha eebbisu 🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌❤❤❤❤❤❤
@derbi6592
@derbi6592 Год назад
Amen Amen amen ebifamii nama waqayoo farafana folii iyasuu namatii urgesuu ❤❤❤❤
@OBSE-t7c
@OBSE-t7c Месяц назад
Goftan barakef jirenyake ha ebbisu
@singermegersatadesse9314
@singermegersatadesse9314 2 года назад
Yeroo kana faarfannaa akkasii argachuun hin yaadamu Sabni keenyas isa akkasii dhaggeeffachuu hin fedhu Ani garuu imimmaaniinan dhggeeffadhe eebbifami Joosii
@Thvgj-o6b
@Thvgj-o6b 10 месяцев назад
Waqqayyoo barafi jireenyaakee haa'ebisuu
@negatuanuresa3080
@negatuanuresa3080 2 года назад
Ameeeeeeen ebbifamaa dachaa kadhimaamtotaa saba goftaa
@sabboontuwallagaa1567
@sabboontuwallagaa1567 2 года назад
waqayyoo bara Jireenyaa kee hundaa haa Eebisuuu.💚💚💚👈
@Abd4deur
@Abd4deur 2 месяца назад
Waqayon isni haa ebisuu ebifamaa❤❤ bayee bayee ebifamaa
@Yesuskaraadhadhugaadhas
@Yesuskaraadhadhugaadhas 2 года назад
Abdiin koo YESUUS naaf dhufaa jiraaaa🤲🙇🙇
@bog419
@bog419 2 года назад
Ameeeeen ameeen Ameeen 🙏❤️❤️Waqayyo sin haa ebbisu ayyanni goftaa siinirra haa jiratu ebbifamaa 😍😊
@sifenmahmedsifen9794
@sifenmahmedsifen9794 2 года назад
Amenn amenn amenn Ebbifamii
@amanuelterefa8544
@amanuelterefa8544 Год назад
Eebbifami barabaraan
@abadiinkoojiratadhaa8139
@abadiinkoojiratadhaa8139 2 года назад
Uuuuufeee ulafadhuuu wqayyoo koo Ameee Ameee Ameee Ameee ebifamaa 🎧🎧🎧🎶🎶🎶🎤🎤
@kulleeaddunyaa631
@kulleeaddunyaa631 2 года назад
Farfannaa kanaa baay'ee jalaadhe👏👏👏👏👏
@boontuuyesus4508
@boontuuyesus4508 2 года назад
Kootu maatii nafi ta'i
@bradjohnson6427
@bradjohnson6427 Год назад
Admire the art. Only if the Song were for the real God, Waqaa. The one and the original. The true one God Waqeyo, who created it all and wrote the book of consciousness without pen. Hope with this talent they would come back praising Waqa umaa Ganamaa.
@bayushbelachew8148
@bayushbelachew8148 2 года назад
Eebbifami Atoo!
@burtaatube5440
@burtaatube5440 2 года назад
Eebbifamaa Maqaa Iyeesuusiin 🙏🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@hawahawa2475
@hawahawa2475 2 месяца назад
Ammeen ammeen ammeen waqayyoo barafi jirenyaa kee haa Ebbisu dachaa dachaa dachaa dachaa 😢😢😢😢😢🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@farfannatigistgetachoo4155
@farfannatigistgetachoo4155 2 года назад
Ameen Ameen
@AbdinkoowaqayyookootiiAmeeen
@AbdinkoowaqayyookootiiAmeeen 6 месяцев назад
Ameeen Ameeen ebbifama ebbifama dacha dachaan maqaa iyesusni ❤❤❤❤
@KonsitKonsit
@KonsitKonsit 4 месяца назад
Ammen Ammen Ammen Ammen Ebifamii waqayyoo sagalee jirenyaa siin yaa dhagesisuu
@abrahamdamise9784
@abrahamdamise9784 2 года назад
Ameen faarfannaa xiyoon ishee miidhagduu bless bless 🙏🙏🙏🙏
@falmattuuseenaa7000
@falmattuuseenaa7000 2 года назад
Iddoo jireenya biyyaa nagaan guutuu baayee natti tolee ebbifamii dachaa
@askalemidhaksa827
@askalemidhaksa827 2 года назад
Uuuuuf itti gammadera ebbifamii dacha💞💞💞💞
@LensaTirfessa-e1p
@LensaTirfessa-e1p Год назад
Ameeen Ameeen Ebefamaa.waqayoo Esini Abesuu
@asnqechshumye9852
@asnqechshumye9852 2 года назад
Ameen Ameen ebbiifami farfana baayee namti tolu os hunduu akkati farfatani maal qaba farfana laphe nama seenu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@DhdHd-kt4rq
@DhdHd-kt4rq 5 дней назад
❤❤❤❤❤❤ uuuuuuuuufffffffeeee Kaa Ummutu hin jiru Lafa ❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢
@hawa-qy2vk
@hawa-qy2vk 2 года назад
Ameeeen Ameeen waqayyoo baraf jirenyaakeesan haa ebiisuuu
@caraaqannoo5275
@caraaqannoo5275 2 года назад
Ebiifamii sihaa ebbissuu waqaayyoo!!!
@seenaahaacaaluu2318
@seenaahaacaaluu2318 2 года назад
Ameen gooftaan isin haa eebbisu!
@hawerameseret6028
@hawerameseret6028 2 года назад
Waqayyoo bara jireenyaa kee siif haa ebbisuu yosee
@shetayath3974
@shetayath3974 18 дней назад
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebbifami 🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@AlemTolesa
@AlemTolesa 3 месяца назад
Uuuuuuufffffffff ebbifamii dachaa
@dinqituurafisaa2443
@dinqituurafisaa2443 Год назад
Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen ebbifamii nama waaqayoo dachaa dachaan ebbaaf ta'aa🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏👏👏👏👏👏🥰🥰🥰💘💘💘💘💘💘🌷🌷🌷🌷🌷🌷
@hatube5634
@hatube5634 2 года назад
Wow it's amazing song
@galoocawwaqa1620
@galoocawwaqa1620 2 года назад
Uuuuuuuuuffffffffffeeeeeeeee maloo dhagefadhee qufuu dadhabee dhugaa ♥️♥️💘💘💘💘waqaayoo baraaf jirenyaa keessaan haa ebbisuu ebbifamaa dachaa diribii dhaan ♥️♥️♥️♥️♥️🙏🙏🙏🙏☝️☝️☝️☝️☝️🥰🥰🥰🥰🥰🌻🌻🌻🌻🌻🌻🤲🤲🤲🤲💘💘💘💘💘💘💘💘💘
@chattuae7199
@chattuae7199 2 года назад
Waaqayyoo baraa keesaani haa ebbisuuu
@debimedia9974
@debimedia9974 2 года назад
wow amazing song! also amazing Directing talent!
@yesuusgooftaadhaa536
@yesuusgooftaadhaa536 2 года назад
Waqqayyoo siin haa eebbisuu dacha dachaa❤❤❤❤
@gallanigallani6065
@gallanigallani6065 2 года назад
Amee uuuuufff amee garakoo.haweerraa.yerusihalamii
@abomadaba3774
@abomadaba3774 2 года назад
GOD BLESS YOU BRO!
@seenalove3493
@seenalove3493 2 года назад
Farffanna kun dhugaa waaqayyoo dhuguman farffanna sabni hawwudha eebbifamaa 🙏🤍🤍🤍
@deribasiyoum8614
@deribasiyoum8614 Год назад
Wow Amazing Amen
@oroomtittisabaa9757
@oroomtittisabaa9757 2 года назад
Ameeen dhugaa garaa nama boqootaa ebifaamaa
@familytube6398
@familytube6398 2 года назад
Ameeeeeeen ebifamaa dachaa isiin haa ebisu 🙏🙏❣️❣️💕🙏
@gosalebeye3089
@gosalebeye3089 2 месяца назад
Ebbifami❤❤
@FayiseNagash
@FayiseNagash Месяц назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@alamineshcaalii3426
@alamineshcaalii3426 2 года назад
Ameeen ebifamaa waqayyoo isininaa eeebisuuu Dachaa 🥰😍
@negashtarafa
@negashtarafa 3 дня назад
Ebbifamii Abdii namaatii horaaa
@mddjkfy7988
@mddjkfy7988 2 года назад
Uuuuuuuuufffee ebifamii dachaa dachaa.dachanii 😭😭😭😭😭📖📖📖📖📖📖
@Batu-bu1wb
@Batu-bu1wb 6 месяцев назад
Waaqqaayyoo si haa ebbisuu ebbifama ebbifama maqaa yesuu kiristoni ❤❤❤❤❤❤
@yesuuskooadaaranaamaari1742
@yesuuskooadaaranaamaari1742 2 года назад
Ameen Ameen Ameen waaqayoo sinaa ebisuu
@hirkoonkoogimbiijabaadhaai4176
@hirkoonkoogimbiijabaadhaai4176 2 года назад
Ameen Ameen Ameen Ameen ebbiifamaa dachaa
@tsigewakjira7953
@tsigewakjira7953 2 года назад
waaqqaayyoo baraa kee haa ebisuu ebuu tulluu ammayyuu nuuf haa bay,atuu
@maasiitube3782
@maasiitube3782 2 года назад
Jechaa qabnnuu Waqayoo Abbaa kennaa Galateefannaa Goftaaan Koo Iisii Haa Ebbsuuuui
@GanuGanu-x2l
@GanuGanu-x2l Год назад
Maalo.waliin.farfadhe.farfadhee./irras.deddebise.dhaggefadhe.farfanna.kana.dheebu.bahu.dadhabe.uuuuuuufff😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤
@obsaanmonee525
@obsaanmonee525 2 года назад
Nuf jiraadha ijoolee waqaayo 💯💯💯💯💯💯
@deborajesus3593
@deborajesus3593 2 года назад
Uuuuuuuuuuuuuuuffffffeeee wayoo achii gaaraa koo kani ajotu😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🙇‍♀️🙇‍♀️🤲🤲🤲🤲
@sanyiimedia575
@sanyiimedia575 2 года назад
Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i sanyiiko ♥️❤💚
@almasgutama5535
@almasgutama5535 2 года назад
Amen amen ebifamaa waqyoo isin hebisuu
@TolesaMakkobili-he4nj
@TolesaMakkobili-he4nj Месяц назад
Ameen Ameen ❤❤❤Ebbiifamaa
@ayitejackline-sx1wv
@ayitejackline-sx1wv 2 месяца назад
Ameeeeen Ameeeeen Ebbiifamaa Dachaa 😢😢😢😢😢😢
@AdugnaLomiiadugna
@AdugnaLomiiadugna 7 месяцев назад
Ameeeen ameeeen ebifamii haleluyaaaaaaaa ameeeen ebifamaa Waaqayyoo isiin haa ebisuu uuuuuffff ❤❤❤
@wabiniya5284
@wabiniya5284 2 года назад
ameeeeeeeeen dachaa ebbifami
@Dinke-c4d
@Dinke-c4d 3 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Setnat-m3v
@Setnat-m3v 2 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Далее
YOSEF OFKALA: MEE DHIISAA
5:36
Просмотров 437 тыс.
Attamiin Garaan koo Irraanfataa!!#Far_Mallasee_Aargawu
25:17
YOSEEF BACARRAA: CINIINSUU
6:18
Просмотров 196 тыс.
YOSEF OFKALA : DHAGAA IFU
4:42
Просмотров 149 тыс.
Farfannaa kadhataa walitti fufaa
1:59:46
Просмотров 257 тыс.
" TULLUU TUULAMAA " FAAR DASSAALENY DUULAA 2021
7:47
Просмотров 532 тыс.
YOSEF OFKELA  : WARQEE QULLAA'AA
6:34
Просмотров 47 тыс.
YOSEF OFKALA: DUNGOO KOO
6:38
Просмотров 132 тыс.
Ifa Terefa - BARAKAA (Official Music Video)
5:23
Просмотров 875 тыс.