Тёмный

😭😭🤱🤱alhamdulilhi hadhafi ilmon wal arkani yasimin nabil akkam gote ilmo irra fudhate ❓️May 25, 2024 

Bultum TV ♡
Подписаться 23 тыс.
Просмотров 24 тыс.
50% 1

Приколы

Опубликовано:

 

24 май 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 531   
@bultumtv
@bultumtv 2 месяца назад
ru-vid.com/video/%D0%B2%D0%B8%D0%B4%D0%B5%D0%BE-Ytyx-6jXBmg.htmlsi=Z4h51kGBeyoOdK_y😭😭😭😭😭
@Sabbontu609
@Sabbontu609 2 месяца назад
Me namni itii dhagayamee gochii nabilii kun like godhaa 💔😭😭✍️Yaa #urjii ilimoo kee jabefaadhuu ilimoo kee wajin biyaa galii nabilii mujirmaa wly wanii Atii ujirii habifitee jiruu tokofaa kininaa itii kenitee isii dhalitee ciiftu Lamaafa Akaa isiin maratuu ilimoo jallaa dhokisitee sadafaa hadhaa dhiraa Akaa adaa oromotii safuu cabsitee osoo ddhalitee turinn Adanii bafitee akaa yasimin lubuu hinn jiranee gotee osoo rabii isii eguu batee hagaa 🔪 alibee fudhatee ufii diraa jetuu gesitee garuu oboletii qabdaa nattii fakanee osoo oboletii wajin dhalatee qabaatte Akasii gotuu turee hundafuu lamuu hadhaa ilimoo Adanii basinii taa rabituu itii dhuftee Adanii basuu datetii dhamisaa kootii kunii💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭😭✍️✍️
@fatumaafatumaa6666
@fatumaafatumaa6666 2 месяца назад
Natii dhagaahamu qofaa mitii waan jedhuu dhabee Yaa gaara dhalaa
@kalatabdulqadur9992
@kalatabdulqadur9992 2 месяца назад
Uuff bagaa nagan Wol argitee😢
@user-ib7we5yb7k
@user-ib7we5yb7k 2 месяца назад
Uuuuuuuuffff onee 💔😭💔😭 nuu dhose maa
@MakaJfdjnd
@MakaJfdjnd 2 месяца назад
uuuuuuuf hedduu gadaa anuu wly 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔
@Sabbontu609
@Sabbontu609 2 месяца назад
Uuuuuuuuffff yaa Rabbi rabii umata yaaman kanaa qajelichii wly yoo rifanootaa kenaa iraa hafitee nabilii 💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@kwkw2880
@kwkw2880 2 месяца назад
Uuufff😢😢😢waay garaa dhalaa😭😭😭yasimin miskina too abshiir 💔💔💔❤️❤️❤️❤️baga gamaddee😢😢💔💔🥰🥰🥰🥰❤️❤️
@UmmuAmmar-zd6qz
@UmmuAmmar-zd6qz 2 месяца назад
Siluumaa iyyuu maliif Hadhaa fi ilmoo Addaa basuuf kahaate Rabbii isiin hin dhisuu 😢😢😢😢😢😢
@tamiimaabulloo6460
@tamiimaabulloo6460 2 месяца назад
Yaa nabil dhaamsa obbolummaa siif dhaamaa dhagahi, kan tare tareera, kanaan booda immoo icciitii keessanuu as irratti hin baasinaa, jaartiin teetis akka sitti dallantu sumatu taasisee dhiifama gaafadhuu fayyifadhu, wojjiin jaalalaan daa'ima keessan guddifadhaa please 🥹🙏
@user-gj6rc9jt9u
@user-gj6rc9jt9u 2 месяца назад
Ani hedduu sii kabajaa wallaah waan kana irraa siiti mufadhee jiraa hundafuu bagaa deebiftee ilmoo teeysan Rabbii isiin haa guddisuu
@UmmuFarhaan-jd2pr
@UmmuFarhaan-jd2pr 2 месяца назад
Alhamdulillaahi baga Rabbiin siif deebise wollaahi Imimmaan qabachi dadhabee hogguu ati itti boochu😭
@user-lr7cv6uo5l
@user-lr7cv6uo5l 2 месяца назад
Nabill bayee huqatee walitin qashisinaa pilis jiruun adunyaa gababdudhaa gamachun kabajann walinn ilmoo tesan gudifadhaa 😢😢walin cinqinaa❤
@nazirabawari3886
@nazirabawari3886 2 месяца назад
Wl wr wb baga gamadee yasmiin ❤❤❤😭😭😭😭atii nabil garuu rabbiin hin sodatuu gafa tumtusana imo ko fidii jetee tumtuu sana rabbiin hin sodatuu situu jalafudhee dabarsee maf adan baftaa ilmof hadhaa subahanalah 😢😢😢😢
@user-lf5gs7ii2y
@user-lf5gs7ii2y 2 месяца назад
Rabbii sii haa lafisuu inshaa alla waan guddan ilmoo isii deebisuu fi dha garuu ati Nabil rabbii sodadhuu dhisii isiin ilmoo ofii haa guddisatu yadda itti ta'iin yoo isiin tolee jetee qofaa galchii 😢😢😢😢
@Sinaafbaale525
@Sinaafbaale525 2 месяца назад
Hundaafu Rabbi isiniif ha Laafisu❤❤❤❤❤❤🙄🙄😢😢 Ana garuu waan na dhibetu jira osoo isiin eessa jirtu muccaan jalaa fuudhama dura 😢🎉❤. Jabaadha wal jabbeesa walii galaa ilmoo teessan gudifadha amma❤ Yasmiin jaarsa ke kabajii kabajaan waliin jiraadhu Wly situ hin kabajne male Jaarsi ke si jaalatas kabajaa siif qaba ❤atile kabaji jaarsa ke🎉❤
@JamaalAbdullee-ed3ro
@JamaalAbdullee-ed3ro 2 месяца назад
Ayyii garaa waa dallee muchaa Rabbii sodaaduu yoo issii hin feen gadaa diis ilmoo ofii haa guddfatuu haatii ilmaa waan nyhaatuu hin dabbaduu 😭😭😭😭😭💔💔💔💔☝️
@zgdjfkfigijfjdjifjfjd952
@zgdjfkfigijfjdjifjfjd952 2 месяца назад
Mashalaa tabarkal bagaa rabi sifi debis hundumafi ati manaa kee cufdhu mana oli gadi hin bayi hin bayisin borgu barsaa sif haa ta.u atin ofi egadhuu tolee obboleti tiyaa garuu dhifamaa gudaa❤❤❤❤🎉🎉🎉
@Hawwiishow1234
@Hawwiishow1234 2 месяца назад
Miskina tiyyaa Yasmin wollaahi bote naa bochifte maloo ilmoo te,ee jabeefadhu 😢😢😢💔💔💔💔💔 mee namni akka koo Nabil isiini arsee
@zamzamamanzamzamaman1980
@zamzamamanzamzamaman1980 2 месяца назад
Wollahi kijibaa dhisii yoo jartii tee jibbiittee ilmoo dhisiif bira demii haa gudiftuu atii ilmoo tokkoo guddisuu dadhabedee udaan fixataa ilmaan 4fi5 gudiftaa jiraan namani hiree rabbii harkaa odu dhisii
@Hawwiishow1234
@Hawwiishow1234 2 месяца назад
Dhugaa jetee wollaahi 😭 garaa nama nyati
@MisSumayaa-rm8jo
@MisSumayaa-rm8jo 2 месяца назад
Rabbiin hojii kee jazaa kee dachaan sifaa kafaluu hardhii duniyaadha boruu akiraadha naabil haadha fi ilmoo addaa bastee😢😢
@caaltuuorotube4636
@caaltuuorotube4636 2 месяца назад
Nabil Rabbiin sii hin dhisuu wly ofumaa dimaa futee leshii tumtee hadhaa ilmoo keetii😢❤❤
@islaamnowhiwoote
@islaamnowhiwoote Месяц назад
Jazbaa sila maa ilmo jala fuute yoo ilmoo guddifachu hin dandeenye maalif fuutu dubartin heerumnan da'un dirqama guddisuun dirqama keeti uttusibira jiraadhe kaballa sitti kedda'e wallah akkasinngara nanyaate ani amma biyya nama jiru daaima tokko qaba garuu yeron reef da'u namni najsla fuudhe narra adda bulchu miti yoo isin raftee turteyyy dhaqeen dammaqsa baadhadhe hojii hojjadha hin amanu😢
@JamaalAbdullee-ed3ro
@JamaalAbdullee-ed3ro 2 месяца назад
Rabbii sii Haa qajechuu maaliif duraa jalaa futee ilmoo 😢😢😢😢😢marafuu bagaa hadhaa fi ilmaa wolii geet😢😢
@fayrozmohamed5349
@fayrozmohamed5349 2 месяца назад
Usi ati. Mujirima dhugaa rabbi ilmo hifeetu ati. Dhugaa rabbii miskiina fakkaatta. Ati dhamahaadha jaallattee jibbitee
@user-rv9pc9py8z
@user-rv9pc9py8z 2 месяца назад
Ati nama miti wollaahi ani sii jibbee jiraa wollaahi nobil Yasimen ilimo tee jabbeeffadhu nobil mujirimaaa mujirimaa uuuuuuufffff alhamdulillah😢wollaahi naa bochisitee yasimeni 😭😭😭😭😭😭😭😭😭 Ilmo tee gadii hin dhisiini yasimen woliin galii ilmo tee nobile mujirimaa
@maramesolomon6268
@maramesolomon6268 2 месяца назад
Yasimiin gurbaati saree Kan ABBA mana Jetee amantee wajiin yerookee hin gubiin namnii haraa mucaa dhiigaa Kan sii jalaa hatee boroo akkam akka sii godhuu tilimamii shakii
@zainabtzainab8839
@zainabtzainab8839 2 месяца назад
yaa uumaataa yaamaniii keesuumaa ilmaniii halargee wlh Saababaa keesaanii qiimaamii yaamaniii kesaa buuaa jirtii yoo raabumaa umaataa kanafii biirmaatee maalee hadhaa fiii ilmoo adaa baaftaniii ziiriii waalii gootaanii yaa rabii kiiyaa umaataa yaamaanii kaanaa qaajeelshiii😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@user-ep8sd4wg5q
@user-ep8sd4wg5q 2 месяца назад
Yaa rabbii yaa Allah mucaa dhisii michiyo hadhaa fii ilmo adan hin basin rabbii sodadhuu walyii 🎉🎉🎉
@GamilIl04
@GamilIl04 2 месяца назад
Alhamidulilah Alhamidulilah Alhamidulilah sumaa Alhamidulilah bagaa gamadee yasimin amma bodaa wali galaa jiradhaa ilmo jalaa hin galichini haa gudifatuu🎉🎉🎉🎉
@SaadaTube-uw6xn
@SaadaTube-uw6xn 2 месяца назад
Anii ammayu hin amanu malif yoo jette abban akkamitti ilmoo ufi akkana godha!!!
@user-eb9dp1hz5q
@user-eb9dp1hz5q 2 месяца назад
Maaluma eggattan yaa warra amana raasulaa dhammatan nyaata jirtani S AW dubartin amaanadha atu rabbi sodadhu hin rakisin gammachisi malee rabbin sodadha yaa ummata kenyaa 😢😢😢
@user-ik9fi7is9c
@user-ik9fi7is9c 2 месяца назад
Allhamdulilha allhamdulilha rabbiilalamiin bagaa rabbin siigammachiisee yaa yasmiin Garuu ilmon hin tabbatiinaa isinumman irratii waliigalaa insha allha illmaa din rabbii isinfahaa godhuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤nabiil hin ariinii obsii
@user-qp1ho8dq8b
@user-qp1ho8dq8b 2 месяца назад
Rabbii kesodadhuu ilmon risqesa wajin dhalataa hadha ff ilmoo adan hin basinii
@Jamiila275
@Jamiila275 2 месяца назад
ilmoo sittuu itti taphaattee nutuu itti taphaattee Mucaa rabbii si haa qaljeechuu inashaa Allah
@AnnoyedBicycle-hg7ve
@AnnoyedBicycle-hg7ve Месяц назад
Ati garu ilmo fi hadha addan bafte jirenya bareda wa hin jiratu rabbin sitti dadalane jira bihi ha ilmon daqiqa tokko bochu sanu irra gaftamata ilmo tiyya jete hin dubatin kaa ilmo osso jallate hadhan adda hin bastu
@user-xm9ot6og7k
@user-xm9ot6og7k 2 месяца назад
haaayiiii namumaa ilmoo dhaletuu bekaa dhugaa ilmoo Abshiriii yaasmiin😭😭😭
@MariamAli-qg5nf
@MariamAli-qg5nf 2 месяца назад
Bagaa gamaadee Alhaamadulilaah amma waalii galaa raabii jedhati raabii isiin haa laafisu 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@Maariyamtube
@Maariyamtube 2 месяца назад
Wallahi hin jedhiin jechichii waan guddadha
@SemeeraZinab
@SemeeraZinab 2 месяца назад
😭😭😭😥😥
@Amina-gk9tt
@Amina-gk9tt 2 месяца назад
Atii akamiti hadhafii ilmoo Adaani baaftaa waani warily yameni kaani inumaa mar❤atanii
@MrKaled-xi8gg
@MrKaled-xi8gg 2 месяца назад
Maasha allaa baga gammade yasmiin amma araaramati ilmo tessan kabajan gudifadha mushakili dhisa
@MisSumayaa-rm8jo
@MisSumayaa-rm8jo 2 месяца назад
Ilmoon kun kan ishee qofaa mitii ilmoo keetii garaan akkamitii dandaa'ee haadhan addaa si basaa maaloo jzk kee rabbiin biraa argaadhuu 😢😢
@hayaathussein2001
@hayaathussein2001 2 месяца назад
Adabatani akka ilmaa hin tetani ree kaa akka bineensaa wolifixani argaa kesaan Worri yameen jirtani kun rabbi isin haa qajeelchuu
@suudaa
@suudaa 2 месяца назад
😢😢😢😢😢😢😢😢😢Y❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢abshir ishalah Allah qalii too 😢😢😢😢
@orgyb9088
@orgyb9088 2 месяца назад
Osoo akka ofii keeti futee beektu maaliif ishii dararaa turtere rabbii sodadha garuu akki kun garii miti ilmo haadha jala fudhanii dhoksun maaliif barbaachisere
@user-tj1xr5ko1x
@user-tj1xr5ko1x 2 месяца назад
Wallahii anilleen waaliniin bohee😭😭😭😭😭😭 yaa gurbaa domaa kanaa atii likii ilmoo hoiin beektuu jaala futee hiin deebiin jazbaa gowwaa kolkollee mee namnii akka koo waliin bochan like 👍 godha
@mekoaman-rg8jt
@mekoaman-rg8jt 2 месяца назад
Bagaa. Gamadee. yasimni. N❤❤ Alhamdulliilahh ❤❤
@vivip-hu3li
@vivip-hu3li 2 месяца назад
Domaa siimatuu fudhee rabbii jazaa siifi hakafaluu 😢😢😢😢😢😢😢
@user-tj1xr5ko1x
@user-tj1xr5ko1x 2 месяца назад
❤❤❤❤
@hayyaatiamaan8204
@hayyaatiamaan8204 2 месяца назад
Uuufff yaa ilmoo😭😭😭😭
@mamuadali3026
@mamuadali3026 2 месяца назад
allahamduliliih bagaa gamadee yasimiin ❤❤❤❤❤❤❤
@AjSja-rf5bw
@AjSja-rf5bw 2 месяца назад
😭😭😭😭😭
@hawikaso9714
@hawikaso9714 2 месяца назад
Wayii hadhaa😢😢😢😢😢😢😢 abishirii rabii isnii ha gudisuu walii lolu dhifaa oboleyanii ko ❤❤❤❤
@aashacook9266
@aashacook9266 2 месяца назад
Rabbii jedhii kijbaa dhsii yo hadhaa ilmaa ketii jibtee gadii dhsii rabbii jedhii hin azbnii rabbiin sodadhuu😢😢😢😢😢😢
@vivip-hu3li
@vivip-hu3li 2 месяца назад
Bagaa rabbii siifi deebiisee habibitii tiiyaa Abshirii 😢😢😢😢😢😢
@sofiadefu3063
@sofiadefu3063 2 месяца назад
Uufiiii alhmidilhaa alhmidilhaa atii garuu Rabii sodadhuu hadhaa fi ilimoo adanii hin basini💔💔💔😭😭
@rabiyarabiya3960
@rabiyarabiya3960 2 месяца назад
Alhmadulila Alhmadulila Alhmadulila Alhmadulila walhii warii dhiraa garaan keysan gogadhaa garaa hadhaa hin beyatanii amaa bodaa daimaa isitiitii jalaa hin kalayin hadaraa nabiliu
@user-js4cl3lp5h
@user-js4cl3lp5h 2 месяца назад
🤲🤲❤️❤️
@siifaansiiffaan6324
@siifaansiiffaan6324 2 месяца назад
Miicaanan waaqayoo siiyaa arguu daayimaa fii ilmoo adaan baasttee😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@Oshee34
@Oshee34 2 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@user-tq1go3ho8w
@user-tq1go3ho8w 2 месяца назад
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@MKh-fn7lp
@MKh-fn7lp 2 месяца назад
Bagaa gammadee yasimin❤❤❤❤😢😢😢😢
@amenmeron2531
@amenmeron2531 2 месяца назад
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔
@vivip-hu3li
@vivip-hu3li 2 месяца назад
Ya.gurubaa.domaa..rabbii jazaa siifiha.kafaaluu.😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢hadhaa.tanaa.
@bilisumatahiro9895
@bilisumatahiro9895 2 месяца назад
Mashallah ❤❤❤❤
@ashaaashaa4252
@ashaaashaa4252 2 месяца назад
Uuuuffffff Walahii rabbiin sii haa dhisuu💔💔💔😭😭😭😭😭
@samira-dh6dj
@samira-dh6dj 2 месяца назад
Mashallah mashallah 😢😢😢😢😢😢😢😢
@user-ob4hc7sc9o
@user-ob4hc7sc9o 2 месяца назад
Alamdulilah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@qamariyanasir9492
@qamariyanasir9492 2 месяца назад
Alhamdulilahi bagga gamade tiru tiya😢
@user-fu3of5ud6y
@user-fu3of5ud6y 2 месяца назад
Alhumdulilahi rabbi alamini kamma hadhafi ilmo woli debifte ❤❤❤❤
@oromiyaoromiya7709
@oromiyaoromiya7709 2 месяца назад
Usuuuu atii ilmoo irraa dantaa hin qabduu dhallaa 1000 lakayuu fetaa
@user-tj1xr5ko1x
@user-tj1xr5ko1x 2 месяца назад
❤❤❤❤
@user-op3je2oh9y
@user-op3je2oh9y 2 месяца назад
Ati sirrii jirtuu fudhuuf moo malif ilmoo gaalchu malee jeeta haati nigudifadha jeete haati maarachu heeda ani duraa heedu sijaalaadha 😢😢😢
@HeakmaH-sc2nf
@HeakmaH-sc2nf 2 месяца назад
😢😢😢😢
@AaAa-sz9uk
@AaAa-sz9uk 2 месяца назад
Mashallaa garuu amaa bodaa adanii basinii ok 😢😢😢😢😢😢😢😢
@matamelee2563
@matamelee2563 2 месяца назад
❤❤❤😢😢😢😢😢😢💔💔
@user-mw4wy8sn6b
@user-mw4wy8sn6b 2 месяца назад
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@user-nt5cs3gp2s
@user-nt5cs3gp2s Месяц назад
😢😢😢😢😭😭😭😭😭😭
@makkiyaaaabdurqadirii9957
@makkiyaaaabdurqadirii9957 2 месяца назад
😢😢😢
@itiigaftuufiqir3790
@itiigaftuufiqir3790 2 месяца назад
Duran ifii iraa futee debii ilmo tiyaa fidee jetee cinqaa turee Atii yaa subahnAllh kijbaa gidaa Rabii sif Haa dhisuu rifchuu isirhuu sii ha habisuu nutii wan jenuu qabnuu yaa waraa yammanii Rabii kesan sodadhaa namaa mitii 😢😢
@Hawii-xd1tz
@Hawii-xd1tz 2 месяца назад
Bari ijolen dedemtee xabatufii daimii amalee xiqoon sagalen bekamtim mali sobii kesan subahana Allah maratanituu warii yaman sillayuu
@user-cm6no7cn6o
@user-cm6no7cn6o Месяц назад
Silaa jirenyumaa isanit moo yutophiif jedhaan akanaa godhaan😭
@mariimasiraaj3913
@mariimasiraaj3913 2 месяца назад
ASALAMU warahmatullaahii wabarakatuuhuu ummata nabii muhammada s-----A-----W---
@hajoa3147
@hajoa3147 2 месяца назад
😭😭😭😭😭😭😭💔💔
@user-nf5yz6ze7v
@user-nf5yz6ze7v 2 месяца назад
😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤
@JamilaHaHaajii
@JamilaHaHaajii 2 месяца назад
Mali Attii Meshaa Mana Keessa Sittii Fakatee Mo Kaa Ilmoo Hadhaa Jallaa Gandaraa Oftuuf Ilmoo Bishaan Batti Murasa !!!!!!!!😢
@user-om9or3cw4k
@user-om9or3cw4k Месяц назад
❤❤😢😢😢😢😢😢😢
@Rahamaahamad-gm9wx
@Rahamaahamad-gm9wx 2 месяца назад
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@Fatma-nr1rg
@Fatma-nr1rg 2 месяца назад
Suballah Allah Nabil Rabbii kee soddadhu 😢😭😭☝️🤲🤲🤲
@fayerayoutube4900
@fayerayoutube4900 2 месяца назад
Rabinii isinii adaa habasuu hadhafii imoo adaa basitaa uuuu😢😢😢😢
@user-lv8tt4ps4t
@user-lv8tt4ps4t 2 месяца назад
Mashala mashala baga Gamage yasimini 😢😢😢😢😢😢😢
@eromiyaeromiya3852
@eromiyaeromiya3852 2 месяца назад
💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭
@AlainZaker
@AlainZaker 2 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤
@sanyiijawwarii6752
@sanyiijawwarii6752 2 месяца назад
Mashaa Allah mashaa ❤❤❤❤❤❤😢
@user-rw6gj8wy8u
@user-rw6gj8wy8u 2 месяца назад
Alhamudulilaahh
@MaisaMaisa-iz1pi
@MaisaMaisa-iz1pi 2 месяца назад
Ussi nuraa hattuu daimamm 😢😢😢😢😢
@ZainabHamdan-rp8ln
@ZainabHamdan-rp8ln 2 месяца назад
sila malifi jalado site fayaa hiqabdu maloo dosite jala galachufi mo sila ati kani jaladositefi rabi jedi dudubasi jalafute higalacini 😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@user-ct1up7zp3j
@user-ct1up7zp3j 2 месяца назад
Alhaddulillayy Alhaddulillayy 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢🎉🎉🎉🎉❤❤❤
@UmmuAmmar-zd6qz
@UmmuAmmar-zd6qz 2 месяца назад
Wallahii wa'ee dhaala namumaa dhaleetu bekkaa 😢😢😢
@Naima-wq3bz
@Naima-wq3bz 2 месяца назад
Mashahallaa Mashahallaa 😢😢😢
@ameena9131
@ameena9131 2 месяца назад
💞💞💞💞💞💞💞😭😭
@AlkharjhRidekjarjh
@AlkharjhRidekjarjh 2 месяца назад
Rabi sodadha nama miti laikii barabada fi gocha kana rawatani
@fakihafakiha9394
@fakihafakiha9394 2 месяца назад
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@romanhabdo2147
@romanhabdo2147 2 месяца назад
😭😭😭😭😢😢😢😢😢💔😢😢😢
@JamiilaJamu-yn3kt
@JamiilaJamu-yn3kt 2 месяца назад
Wallah ani gaafa jelqaba da'iima tiyyaa namaa birattii dhiise deeme sa'aati muraasafi yoo deebi uffata irraa baasi laale akka waa irraa tumanii hadhaafi ilmoo addaan hin baasin obbolessaa kiyyaa
Далее
LABARINA SEASON 9 EPISODE 13
1:15:58
Просмотров 863 тыс.
Secret Experiment Toothpaste Pt.4 😱 #shorts
00:35
Maybe a little TOO much gel 😂
00:12
Просмотров 13 млн
ForX : Kaayroo Seente...!
55:49
Просмотров 43 тыс.
Hirriba Dhabuu
9:12
Просмотров 41 тыс.