rabbiin sodadhu obboleesa kiyaa malii ati oso obboleeti tee akkana. Godhaani ni Eyaamta kanaafu waan obboleeyan keessaanin hin jaallanee dubartii biraatirati hin hojaatana wallahi rabbiin waa hundaa irraa nu gaafachuuf ta'a🙏😭😭
Atii sareedha wollaahi ati dhalaa irraa hin dhalannee rabbiin sii hin milikkeessiini hadhaafi ilimoo addaa basuu kee insha'allah😢😢😢😢😢mana kana hin baatu ati wollaahi nobeli ati nama miti
Rabbi inni dhiifama hundaaf godhu dhiifama duniyaa fi Aakiraa si haa dhorkatu qalbii nu cabsite gurbaan dheedhiin kun Hintallis hoola woyii maltu wojjin ishee tasisa Afaanin hin dubbattu malattee ilmoo ishee fudhatte hin baatu maal kun ic😊