Isiin maal eydii osoo maal eyduu ilmo jelaa fudhatan ykn bakkaa gotee hin himtu inni abba ilmatii bar isaa ifajee halkanii fi giyyaa dalagaa jiraa bar isiin mana tete ilmoo qabu dadhabde moo
Ani abbaa caalaa namni ilmoo dhoksee hadhaa jedhee shakkuu jirraa garuu allahu alam rabbii haa muldhisuu daimaa duduu sanii hin fudhaan fi hin herumani dhagete wol futee jarrii lachuu osoo maluma bultii hin barini subahan Allah rabbii isiin haa lafisuu
#Ijoollee #fuudha in gayin ta namni akkamitti akka jiraatu in beeynetti heerumtanii jiruu teessan balalleessitan saniinuu waan dalagaa jiru kana mara waan sirrii se'ha