Тёмный

🛑😭😭😭ajaaiba hajjiin safuu cabse caaltuu jalaa birrii namni bira kaayate fuudhee akkam godhe😭😭😭😭 

Shashe Tube
Подписаться 65 тыс.
Просмотров 11 тыс.
50% 1

Опубликовано:

 

23 июн 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 163   
@makiyahaji2923
@makiyahaji2923 7 дней назад
😂😂😂 hajjii Abboo Rabbiin rahmata siif haagodhu yaa jiruu akkam jabaati jiruun Adunyaatun. Hajjii maalif hiingargaartu ishinuu hojattee isiin nyaachisaa jirtii maaf uffaata keetifi daa'imalee maashitatii hiin micinnee waa harkaan miciitaa?? Kuni safuudha gargaarii akkuma yeroo isiin deetee sanittii Hujiin mana Arabaa dundaafi koottee ykn miila namaraa busuu bar kanaaf yeroo galtulee taatu boqannaatu isiif barbaachisa Maali jaarsaafii jaartiin yoo wol qarqaraan maaltu irraa hiirdhata hajjii jaalalaatu cima mallee rakkoo woyyii hiinqabuu kanaaf gargariin. Intalii tun miskina garaa laafetidha kanaaf hiinmidhiin
@soonajalaala3973
@soonajalaala3973 6 дней назад
Gorsa keef guddaa galatomii oso akka ati yaadu kana ta'e waan rabiin jaalatudha garu waan ta'u miti
@user-eo6tw9hw3b
@user-eo6tw9hw3b 7 дней назад
Ayii Caltu uuuuuuuuuu malumati jireenya akkasii sii jirachiisee nama akkas mila Isa sirrati dhiqatee jiratu ,maalii maatii hin qabduyii haadhoo koo dhugaa rabbii ,yeroodhan bira deemii ,yoo maatii hin qabanee firuma wayii hin qabdu dhugaa rabbii ani yeroo amma Haa ture dur yeroo ijolluummaa koo nama akkasiti jiratu naannoo kootis ta,e bakkan deemuti arge hin beekuu ,abban mana kiyyaa gadi bahe yoon ol deebi,u Ala dhabbate na ega ol fuudhee na baatee na dhungachaa mana naa seensisaa waanin barbadees ,bunas ta,e shayii danfisee manii akka aja,ibati hoo,a yeroon galu ,kuni maalii gagamaa goggogaa ,😢😢😢😢😢ani yeroon isiin ilaaluu waan na harka jirun darbadha arii Isa maalii namni akkasii haadhoo koo Abarsa wayii qabda maalii maalii😢😢😢😢😢😢😢😢?????????????
@uaess9428
@uaess9428 7 дней назад
Hajji wallahi billahi hoxallahi cubbuun caaltu guyyaa qiyaam osoo hin geenye gooniyarrati si galaafa arguuf teessa 😭😭😭😭😭 caaltu sheekan ofirraa hiksisi jireenya mataa kee jiraadhi siirin si dhamaase fakkaata
@nasraalshamsi6881
@nasraalshamsi6881 7 дней назад
Natuu duraa lalee like naaf godhaa mee yaa biyaa
@MirimaMom
@MirimaMom 5 дней назад
Caltuu walay nama kana akamitii wajin jirat silaa yaa rabbii nuraa qabii
@user-fm9bv1tb5c
@user-fm9bv1tb5c 7 дней назад
Hajii caaltuu gargarii ufatas micaaduu manas xaragi nyatas godhi gargari caltuu 😢😢caaltun akaa dhiraa mana arabaa dalagdee dhuftii ati tete nyataa maa hin gargaree walahi dalaga gargaru qabdaa 😢😢😢😢😢😢
@SaadaTube-uw6xn
@SaadaTube-uw6xn 6 дней назад
Alaa hojjachun hojji isitii caltuu situu ufirattii basee wallahii inuma ufatas michuu hin dadayuu aja'ibuma
@zaallooyaayyaa3401
@zaallooyaayyaa3401 5 дней назад
Atii Caltuu sirema sanii cacabsii wolhii jedha 😢😢😢😢😢😢akka inii iraa gagalata hin olee Hajjii kunii saredha
@nesradinGobena-um5qm
@nesradinGobena-um5qm 4 дня назад
Rabbiin irkkattummaa jalaa sihaa baasu. Abboo hojjadhuu mana kee tajaajil akka dhiiraatti
@MeseretDesalegh
@MeseretDesalegh 4 дня назад
Ajibaa rabii namaa samuu in qabnee namicaa kanaa qofaa agree rabin si yaa qajelsuu
@BirdoBirdoyossefbacha-ib2hl
@BirdoBirdoyossefbacha-ib2hl 7 дней назад
Kanasa Amma Abba manati jedhini wajini jiratuii Kun horii wayitii dhugaa situu ishii fudhe moo ishituu sii fudhe Abba manaa akaniti mana hafuu wayya mee wari akka ok haji tibitani jirtuu Kuni uuuuuuuu nama jejisisa dhugaa mali dhirii guyyan rafuu hazu bileye
@tahirawel1714
@tahirawel1714 7 дней назад
Rabbii siin dhisii hajji, rabbii hin sodatuu xiqooma
@sumayyaamuhaammad5420
@sumayyaamuhaammad5420 7 дней назад
Ummanni ni kijibanii youtube dalaguuf isin booyaa komentii kennaa😂😂😂😂😂😂
@user-cx7fb1ix9s
@user-cx7fb1ix9s 6 дней назад
Hajjii Ati qooyyi Maali rabbi kee hin sodaannee Maa yoo qrqaartee maaltuu sirra but,aa rasuuliinuu warraa ufi hin qaqaaranii
@user-rb2yu7nx3e
@user-rb2yu7nx3e 3 дня назад
Hajjii naamusa badaa jaalala keessatti waan nu barsiisaa jiruuf RU-vid isaa dhiisuu qaba
@Abdiioro-pi9fq
@Abdiioro-pi9fq 5 дней назад
Uuuuuuuf wly garaa namaa nyatii malumfi Rabi kanati isi qabee rakisa
@Sumayaa183
@Sumayaa183 7 дней назад
Hajii yaa rabbii ati rabbi hin sodatuu😭😭😭😭
@SaadaTube-uw6xn
@SaadaTube-uw6xn 6 дней назад
Miskina caltun osoo duyda hin jaabefatin dalagattii debitee garaa jaabuma kee hajjii!😢😢😢😢
@user-to1xj6hr4o
@user-to1xj6hr4o 6 дней назад
Azubillaa hajii rabii iraa sii gafata gafa guyaa qiyamaa dhiraa akana rabin nuraa haa qabu
@user-si9uw5nw1q
@user-si9uw5nw1q 4 дня назад
Chaltu maluma sifi godha kuni fira aryii walhi ana silha tehe guya toko walinin hin jiradhuu😢😢
@jamilajamila-eo8om
@jamilajamila-eo8om 7 дней назад
Hajji. Dhugaa. Gargarii. Caaltuu yon inni sigargaees ittin dhaddatiniii
@SaadaTube-uw6xn
@SaadaTube-uw6xn 6 дней назад
Rabbiin dhirsa akkana namara haa qabuu wallahii billahii! Kunii dugulan malidha iccii!😢😢😢
@user-re2jx4gy2d
@user-re2jx4gy2d 5 дней назад
Yaa obbolessaa kiyyaa rabbin sodadhuu
@SaadaTube-uw6xn
@SaadaTube-uw6xn 6 дней назад
Tivinis salphadha oso atii raftu da'imaratti lafa dhayee ajestaa gafa tokotuu😢😢😢
@HawwiiTub
@HawwiiTub 7 дней назад
Nachoo kana dhisii biraa demii kunii cisee nyatuu fedha kanii salfanee daqa shamaraa cise nyatuu fedhaa kunii hayii cara shamara c situu akaa dhirasi tatee akka shamara tatee bultaa 😢😢 tokoo yoo hojii dhabee mana kesaa wajatuu diriqama
@adamashoo2427
@adamashoo2427 7 дней назад
Hojii dhiraa hojjadhuu isiinuu hin dabdii horii
@FatimaFatima-ty2sb
@FatimaFatima-ty2sb 6 дней назад
Atii dhiraa ama Subhanallah aboo mee qanafdhu
@aishakayo286
@aishakayo286 7 дней назад
Qara isni mali hajini Akaa hatuu hin beeti biri namaa futee ofi bira keetii
@user-yk1iv6oh7t
@user-yk1iv6oh7t 7 дней назад
Gamna namatii kanafi😂😂😂
@Kubraa271
@Kubraa271 7 дней назад
C,, amiiiiiiiiiiin 🤲🤲🤲😭☝️😭☝️
@AsiyaaGammado
@AsiyaaGammado 7 дней назад
Wlh dhiira akkana Mali kan dalagan tokko hin jirree sirema qofa wojjiin rafu qofa kuni Mali rabbiin si haa qajelchu obbolessa ko woma waan siin jedhu hin qabu namni maal nan jedha rabbiin biratti dalagedhe mal qopheffadha jechuun hin jiruu Luqonxamatti gadi nyaachu malee xandhachaa tokkochaf foon muluun Ajayee jetti oromon yoo mammaktu kan akkana kanatu dhiira hunda maqa nyaata rabbiin qajelluma ofiitiin si haa qajelchu
@ZalikaGiraann
@ZalikaGiraann 7 дней назад
Isinuman malif nama cqitan kijiba keessaan ya hordoftota wan fayon jete dhagefatanimi hordoftoni haji fayo caltu abdi hundi keessan jar kana hin amanina akasum war Haman diliti nu naqu wari komanti gutun uf egano godha
@toleshitola349
@toleshitola349 7 дней назад
😂😂😂 dhugaa keetii
@sumayyaamuhaammad5420
@sumayyaamuhaammad5420 7 дней назад
Dhugaa keeti kunniin kijibaan waanuma argan dalagan
@user-fm9bv1tb5c
@user-fm9bv1tb5c 7 дней назад
yeroo caltun mana arabaa dalgdee dhuftee ati mana hundaa iraa qabde wa hundaa siresitee eguu qabdaa walahi haji ati rabi hin sodatu 😢😢ishin aka diraa dalagde dhufte manatis aka du barti dalagdi 😢😢ati maa hin dalagne manati yo ala hin dalagne manati jarti ofi gargarun dirqamaa walahi
@user-pn9hv7xi2z
@user-pn9hv7xi2z 5 дней назад
Uuuuuu wolhii namichumaa kanaa jibaa
@lbontuugalatoo4764
@lbontuugalatoo4764 6 дней назад
Hayi cara caltuuu😢😢😢😢😢😢😢
@LaftiitenyaaLafeetenyaa
@LaftiitenyaaLafeetenyaa 4 дня назад
Shamaa woyii maal ta.aa yoo hojatee borkoo woyii isiin saratanyaa ketii ajoftuu dhiraa amaa haree isiin sibilaa isanis ilmoo namatii jazbaa
@user-tc3ce2sz9n
@user-tc3ce2sz9n 7 дней назад
Inalila waina ileyi rajiun walahii walahii hajiii rabiii ke sodadhuu qabariii borii gallatuu
@JfufgKnightg
@JfufgKnightg 6 дней назад
Uuuuuffffff rabbiin sifii hallafisuu😢😢😢😢
@AsiyaaGammado
@AsiyaaGammado 7 дней назад
Hadha mana irra birri tolchiften kanfalachuun safuu dhuma hin qabne kuni Astagfirullah Rabbin si haa qajelchu
@linalina4758
@linalina4758 7 дней назад
Hajii Hcabn Duirawa Tven Hekjiba😢😢😢
@JibrilTajudin-jm3qn
@JibrilTajudin-jm3qn 5 дней назад
Yaa.akii rabbuma hinsodatu atigarinamatimiti namarabbin sodatimiti
@vivip-hu3li
@vivip-hu3li 7 дней назад
Anii kanajedhuu namiiti tuunii gowwwwww..miitii keenitii
@user-kk2ed7np3o
@user-kk2ed7np3o 7 дней назад
Ayiio Caaraake Caaltuu koo 😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤
@obsaajamel-fu9zj
@obsaajamel-fu9zj 3 дня назад
Hajii namaa akkaa caltuu hin argaatu jabbeefadhuu
@madinajoumaa7149
@madinajoumaa7149 7 дней назад
Anii kaa sii gafadhuu isaa malee dhiriii hin jiruu moo malii ta,tee kanaa raqaa cadhisee cisuuu wajiin yeroo keee gubadaa wly caliyee biraa demaa gisee ufiraa hin fixinii
@user-hn4fd3pt7j
@user-hn4fd3pt7j 7 дней назад
Obboleyaan koo gorsii keenyaa waa jaraa hin siresuu womaa tokko hin dubaatin Rabbiin jaraa haqajelcho
@zeeynabaa3944
@zeeynabaa3944 6 дней назад
Catiyee MashaAllaah jabadhuu
@orgyb9088
@orgyb9088 7 дней назад
Om gad hajii yeroo nama bira gorsituu gabisii fakkata yeroo jireenyaa keeti maaf akkas taate
@balqis-zv3cg
@balqis-zv3cg 7 дней назад
Atii mataan yaada moo lukkan yaada hajii 😂😂😂😂😂maqaa dhiraa nyaate
@user-nv4dx2ge7m
@user-nv4dx2ge7m 7 дней назад
Yaa Waqaayyoo Koo Dhiruma Akkasi Nura Qabi
@AmanoGalato
@AmanoGalato 7 дней назад
😮😮😮😮😮
@vivip-hu3li
@vivip-hu3li 7 дней назад
Siilaa atiii dhiiraa mo.dhala..maliii namiichii akkan
@tigisthailu3786
@tigisthailu3786 6 дней назад
Dhabamaa sii haa godhuu hajii
@tigisthailu3786
@tigisthailu3786 6 дней назад
Ayii carraa kee caltuu namichima kan😢😢😢
@zeeynabaa3944
@zeeynabaa3944 6 дней назад
Catiyee jabadhuu jalaa hini lafinii
@abdiiyeejm1739
@abdiiyeejm1739 6 дней назад
Abo Calatu miskina dhisaa😢😊
@user-ip3qd8xk1c
@user-ip3qd8xk1c 5 дней назад
😢😢😢😢😢
@user-th7dp1xr8o
@user-th7dp1xr8o 7 дней назад
Haticha uss jedhi birrii dhabdee gurguratee😡😡😡🏌️🏌️🏌️🏌️
@kalatabdulqadur9992
@kalatabdulqadur9992 7 дней назад
Caltuu wolhii utuu anaa tatee an namichaa kanaa wojin guyaa tokoo wojin inbuluu fulasaa dumesaa fakatuu kanaa
@user-oe4im3fp7c
@user-oe4im3fp7c 6 дней назад
Wayyóo😢
@sofiadefu3063
@sofiadefu3063 7 дней назад
Hi calitutuu ofumaa walalitee kanaa hundaa 🤔🤔🤔
@zxczxc3083
@zxczxc3083 7 дней назад
Mana micuun ofataa micuun bunaa danfisuun Kan keeti haree maal hojetaa sii dhukubaa moo silaa dubartii tatee manati galtetaa Isaa mana keessaa hojedhumalee nyadhuu hin maratinii refaa wayii 😢😢😢
@HawiziyaHawiziya
@HawiziyaHawiziya 7 дней назад
Malaqaf akana yo hojatani kan rabbii.dhabidani umata
@NaifKiyya
@NaifKiyya 7 дней назад
AUzibila dhira harka dubarti tese nyatu rabi isin ira ha qabu subhanallh
@vivip-hu3li
@vivip-hu3li 7 дней назад
Amiiiiiiin Amiiiiiiin Amiiiiiiin Amiiiiiiin
@vivip-hu3li
@vivip-hu3li 7 дней назад
Atii qafatuu ciifiitee.birii.jeetaa.biiyee.nyaadhuu😢😢😢😢😢
@ayanto6017
@ayanto6017 7 дней назад
Ee miskinaa caaltuu 😢😢😢😢😢
@almaz373
@almaz373 7 дней назад
Caltu ati maalifii gurba kana walin gubatuu? Mali siif godhaa? Fayidaa isaa Mali laalteeti kophaa kee fataa jetee hin jiraatuu? Meeshaa faradaatii haajiin kana dhiphaatee nyaatee rafuu baayee garaa naa nyaataam maalumaaf akka atii walin dhamatuu😢
@user-hk9vi1dn1x
@user-hk9vi1dn1x 7 дней назад
Haree cisuu malee hojii hin benee
@user-js6ws6gb2p
@user-js6ws6gb2p 6 дней назад
Intalaa dayusaa tanaa iciii😂😂😂
@hioryu6516
@hioryu6516 7 дней назад
Kijibaa kesan fayoon isiin jalaa baftee
@user-kk2ed7np3o
@user-kk2ed7np3o 7 дней назад
Like maluumafi Gotuufii Namichaa samuu furrii kanaa Malooo like in goodhiinafii Hajii dhaafii iraa dhabaame ???!??😢😢😢😢🙏🙏
@user-fm9bv1tb5c
@user-fm9bv1tb5c 7 дней назад
Anis akasuman jedha 👍👍👍👍
@GgTggg-ys3hu
@GgTggg-ys3hu 6 дней назад
😢😢😢😢😢😢😢😢
@user-qb1mx8ri5v
@user-qb1mx8ri5v 7 дней назад
hajii kuun wlyi abbaa ramaadha italaa maan arabbaa dalagdee isaa nychiisa jirtuu ofataa koo michii jedhaa kuun yahudaa dhaa mallee imo musilimaa mitii kuun guyyaa qihaama akkaa dhufaa jiruu hin bekku
@udhush3381
@udhush3381 7 дней назад
Azubillaa nituma dayusaa kanaa Azubillaa luqifte itti keniti icii walamo
@aishaamedu9363
@aishaamedu9363 6 дней назад
Ah! Caaltuu miskiina maaluma carraan isii kun
@Siffaan6136
@Siffaan6136 7 дней назад
😂😂😢wly kanaa dhiraa moo dhalaa jette wajin jirattaa😂😢😢😢
@NaaSqw-qu2tt
@NaaSqw-qu2tt 7 дней назад
😂😂😂😂😂😂😂😂 silaa pirak dhaa jeedhee maa arabisituu
@user-hk9vi1dn1x
@user-hk9vi1dn1x 7 дней назад
Yaa Caaltuu gurbaa balagee ❌❌ kanaa dhisii ofiraa fayoonuu imaa dhiftee
@madinajoumaa7149
@madinajoumaa7149 7 дней назад
Wly oboltii tiyaa rabiii obsaa sii kenee Wly osoo anaa te ee bakaa inii rafatiii bishanii dafaa itiii naqaa Wly
@user-qh5yk8md8j
@user-qh5yk8md8j 7 дней назад
Wasak namaa ammatii kan dubaartiin bakke deemtee dalagdee si nyaachiftuu isheenis fokkisa jasbaa kaannaa maalumaa gabartii wadala haree icci Kun isheenuu naa arsiti dhugaa ilaa obboletii Koo namichaa kanna dhisi Bira deemii ani dhugumaan sittimaa😢😢😢😢😢😢😢 😢😢😢😢 Tish isaayuu Amma kun namaa tufaataa isaayuu
@safiyaafayisaaabuucirfaa4025
@safiyaafayisaaabuucirfaa4025 7 дней назад
😂😂😂😂gowaa hin dhalatinii dhalatuu hin gudaatni
@NafisaajamalNafisaajamal
@NafisaajamalNafisaajamal 7 дней назад
Saree atii amaa dhiraa hawanii
@SumeyaShaaku
@SumeyaShaaku 7 дней назад
C❤❤❤
@user-my7db4en1p
@user-my7db4en1p 6 дней назад
Kuni maali dhaamaahani 😢😢😢
@BontuLamamaa
@BontuLamamaa 7 дней назад
🦮🦮🦮🦮🦮 saree hajii
@iftuubalee3168
@iftuubalee3168 7 дней назад
Kijibaa warra yemani fayoon isiin jalaa baftee 😂😂
@chloenasser9742
@chloenasser9742 7 дней назад
C 😢😢😢😢😢❤❤❤❤
@SifaanSabaa430
@SifaanSabaa430 7 дней назад
Yaa oromoo namaa hajji kanati herumuu irraa umurii gutuu hin herumin hafuu wayyaa ani namichi kanaa irrummaa jibee kuni namaa irraa osoo tanee binensaa dhalate na ammaanaa namni akkasi cufamee jiraa jedhee hin yaduu ani omg
@user-tw7vt7zq5l
@user-tw7vt7zq5l 7 дней назад
Kanaa gowaaa 😂😂😂
@zahrazh6759
@zahrazh6759 7 дней назад
😅😂😂😂
@user-ob4hc7sc9o
@user-ob4hc7sc9o 7 дней назад
Hajii🫣🫣🫣🤮🤮🤮🤮 ❤❤❤❤C😢😢😢😢
@temimaabduragaferahmed9091
@temimaabduragaferahmed9091 7 дней назад
C😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@hawwiihawwii-zl6fg
@hawwiihawwii-zl6fg 7 дней назад
C❤❤❤❤
@hehd843
@hehd843 7 дней назад
Kiyaa gowaa kana farshodhan dhugi
@user-zc6kb7gb7n
@user-zc6kb7gb7n 7 дней назад
Nyadhuu ibboo ati rabii sifi kene 😂😂😂😂😂😂😂😂
@lailagobee874
@lailagobee874 7 дней назад
Isini 2 dayyusaa
@efefixaa546
@efefixaa546 7 дней назад
Maali kana dhukkubsaa dhumaa sorudham inoo kkkkk😂😂😂😂😂
@sumayasummaya6531
@sumayasummaya6531 7 дней назад
C😭😭😭😭
@user-qn8ys3js3g
@user-qn8ys3js3g 6 дней назад
C😢😢😢😢😢😢
@gsgs3318
@gsgs3318 7 дней назад
C😢😢😢😢😢
@sabontuuhirpo
@sabontuuhirpo 7 дней назад
Hajii ati fayyoo gadi dhifitee qoyyii 😮😮
@linalina4758
@linalina4758 7 дней назад
🤣🤣🤣😅
Далее
Crazy Girl destroy RC CARS 👩🤪🚘🚨
00:20
Просмотров 5 млн
ሰብሊን አልቻልኳትም😡😡
15:09
Просмотров 2,2 тыс.
kulanii Arraa Balaan itti butee🙆‍♀️😂
17:28