Тёмный

🛑😭hajjiin caaltuun meeshaa jalaa hattee osoo baafachuuf deemtu qabee mana qulfii itti jijjiirate😭😭😭😭 

Shashe Tube
Подписаться 65 тыс.
Просмотров 15 тыс.
50% 1

Опубликовано:

 

29 май 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 423   
@AdamSaid-sq7gq
Ati qamaa gudda kan gafaa dute qoran azabba guru demat mo malif hin hojane
@netsanettube9580
Akkaa dhiraa batee hin hojetuu moo yeroo hundaa caaltuu malifi rakkistaa
@tolashigooftaa1276
Yaa Hajii atti maliif Caaltu hin kununsitu qoyyii osoo beekte isheen mucaa haa gudistuu atti hin hojeetu qoyyii mee cubbuun caltu sii dhisuu dhugaa waaqa caaltu dubarti irraa nama addati dhugaa atti baleessa qabdaa hin rukutinis mee atti seraan qabii ayyii caaltu uufffff😢😢😢😢😢😢❤❤❤
@jamilabibi2859
H /sittuu badii qabdaa akkamittii dubartii hojjattee attii tettee nyattaa😢😢😢
@JemilaDekebo-cb2hz
Dhisii hajjii hin kijibini kijjibni dhiiraa irraa hin toluu caaltuun sima eeguti turte male waan ati itti dhuftee hin qabdu atis hojii hin jalatuu gad baate hin dalagduu yoo dalgaa si argaan sarmitee hin deemtu mee caaltuun mal balesite bakka kanati bakka isi da'imaa siti dhifte deemteti ati da'imaa lukkati hidha mukatii hidhaa wolahi isin inuma si dandeteyuu irruma tarte bar
@addoyye
Rabbi dhiira jallon nama hin fatanin 😢
@obsaajamel-fu9zj
Hajii dhifamaa naa godhii caaltuun hedduu siif obsitee walhii namnii hangaa isii sif obsee hin jiruu yoo walii hin galee maliif mitaa haqaa isii keniifi situu balleesse jechaa qalbii namaa cabsuu fayadamtaa
@hawwahawwahawwa5349
Attii Nyattee Uddana Cisudhaa Fayyidani Kee Akkami Sii Wollii Jirrati Muccayyoni😢😢
@oromiya1620
Hajji Harree woyyi nama waa hin beekne atti nama akka Caaltu essaa fidaa Caaltu jabbeedhu
@kemeriakela9761
Aboo hajjii mee akka dhiiraa bahii hojjadhuuuuuuu 🙆‍♀️🙆‍♀️🙆‍♀️🤚caaltuunis rakkoo qabachuu dandeessi haa ta'u ati garuu hojjadhu
@rehima5468
Haji sittu baleessa qaba kanafu mee ofii sirresii maliif hojii hin hojatuu ,daimma guddisuufi hin toltuu imma isi hordafana wani atii daimaa sani gotu dhifamma naa arsitee mee sirra jiruu biya orma imma beeyta hin sobi daimma sanuu midhaa jirtaa siraayii❤
@Sanyiioro-jz2yy
Ati usimee jasbaa akka dhiraa gaadii batee hin hojetuu akka hoorii qaalamuf qalabamuu oldebitee cistaa ishin dugdaa madatin mana madamii keesaa hojetii hooridhaa atii hoolaa afan qabdaa in dubatayimoo sanuu wan garii sanuu hasoftaa maliboo
@samirasamira7034
Ati durumaa jibbamadha rabbi fi nama birattille mujrima ati nadhodha moo dhiira dubartin dalayde sii nyaachitu gadi baate akka dhiira hin dalayidu
@iftuubalee3168
Namichoon kun saidoma irra maa waa hin baranne akkata itti bultii horatan rabbin dhiraa jalloo namarra haa qabu balagee wan fudhef hin beknee😷
@nabihaabdullah3414
auzubilah namichuma akkami khun yaa rabbi nama akka hajii khana nuti hin uumini Yaa Allah Yaa Rabbi siti 🙏🙏🙏🙏🙏🙏maganfane . ati numa futa numa hiita bekhi abadan sitti hin tolu waan caltuu zalamtuuf
@user-oz1ss5im4z
Atti Sangaa qalmatti moo kan caltuun lafatti sii qalaabduuf dalagii of danda.ii jiradhuu abaa manatuu hojatee hadhaa manaa offii bulfataa male Hatti manaa hojatee abaa manaa hin bulfatuu atti dubartti ciftee irraa nyachuuf male jireenyaaf mitti
@ZaharZAHAR-rd7xy
Situu nama jibisisaa gowwaa yoo dalagaa sii argaan hin dalayduu yoo ishee ulfaa tatuu taa dhalatee garaa defadhuu taa birraa ulfahuu mitii jetaa namichaa gowwaa kana abarsii sii dadhabee gorsii sii dadhabee rabbii waa hundaa ni danda aa ykn sii haa qajelchuu yokan sii haa balesuu amma tee rabumti haa dubatuu
@radiyaaabdurhamni9342
Dhugaa rabbii hajii atii kan guyyaa dhisaa halkaan sii birraa badaan. Qotiyoo atii namaa umrii gutuu hin jijiramni. Argaa kee😡😡😡😡
@FenetTade-fn7wj
Ishif miti limoo kefiyuu hin Tatu atii ishin hagaa ati dhuftuu si egaa jiraa jete malee hatee demaa hin jirtuu
@user-rq1ut2js1y
Hajii siittuu badii qabaa atii akkaami dhiraa batee hin hojetuu yokii daimaa hin gudiistuu walahii cubuun caltuu siidhiisuu haqa siiraa qabdii
Далее
Fast and Furious: New Zealand 🚗
00:29
Просмотров 26 млн
КРАСИМ ДЕНЬГИ В РОЗОВЫЙ!
01:01
Просмотров 645 тыс.
ዮአዳን (ክፍል 17)
35:16
Просмотров 362 тыс.