Тёмный

🛑😭hajjiin caaltuu dawwalee yaamee koottuu woraqaa keetiif meenshaa kee fudhu jedheen caaltuun dhufte 

Shashe Tube
Подписаться 65 тыс.
Просмотров 20 тыс.
50% 1

Опубликовано:

 

30 май 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 231   
@hawinettube7902
@hawinettube7902 Месяц назад
Oton Yemen jiraadhee silaa sin jaaladha siin jedhe sobee si janajjaneen duuban Nama tokko qopheeffadhen bakka itti Wal arginu siif beellamen garaacha ke sana didiqsiisayyu maal godhare🤧😐
@vivip-hu3li
@vivip-hu3li Месяц назад
😂😂😂😂😂😂
@saadaasultan1618
@saadaasultan1618 Месяц назад
Yoo rabbi nuulaaffise suutuma ilmoo dabalannaa jechu qabda malee jechi akkasii eennumaa ni aarsa
@JamilaHaHaajii
@JamilaHaHaajii Месяц назад
Namichaa Horii Kanaa Irraa Rabbiin Sii Haa Hikuu Badaa Caltuu
@makiyahaji2923
@makiyahaji2923 Месяц назад
Wl wr wb Yaa Rabbii amma homa jennee wolaallee dubiin keessaan walxaxxaadha Rabbiin wolittii isiin fide jiduukeessaan lamani haasida haabasuu . Isii biyyaa san namni sheekaa hiin jiruu waamattii arba'iina isiif haqara'uu wollaahi ulfatadha hiisdituu isinittii jiraa qur'aanaan uf badadaa. Hajjii silee Rabbiin risqii dhuma hiin qabne balbala siif haabanu garuu hujiin hiinjiru jettee hiin ta'ani haangumasan waasoqadhu osoo waan qalabalee tattee wol qarqaartuu. Abdii obboolleessa keenya gaarrii ammas mee worraa wol fixu kana ima badadii hajjiif hujii soqii . Caaltuu obsituu namaa Rabbiin umriikee keessa barakaa hakayyuu mana namaa irraa wol fixanilee manuma ufii wayyaa mee tana ima galii sheeka soqadhaa qur'aana isinii haaqara'uu akka sheexaanafi hiisdiin isiin irraa fagattuu. Kuni yaada koottii yoo isittii balleesseef dhifama .galatomaa.
@zainabtzainab8839
@zainabtzainab8839 Месяц назад
as wr wb mee namumaa Akaa kiiyaa sababaa umataa yaamaanii kaanaa you tube laluu jiibee jiiraa gaaruu icccc
@fayerayoutube4900
@fayerayoutube4900 Месяц назад
Dhugaketii dhugaaa warii yamanii jibee fatihaa bichaa fedhaa
@Sumayaa183
@Sumayaa183 Месяц назад
Eee Ani jibee jiraaa wly
@saidaabdii5405
@saidaabdii5405 Месяц назад
Anilee 😂😂
@user-tq9mv3lt2g
@user-tq9mv3lt2g Месяц назад
Waalahi Anu jibee
@user-fr6oj9ym1r
@user-fr6oj9ym1r Месяц назад
😂😂😂😂😂
@FiroomtuuShow
@FiroomtuuShow Месяц назад
Oduu dhisi Jaarti kee amalan qabadhu!wali galati da'imaa keessan guddifadha!Caaltuun namaa guddinaa fi jijjirama feetudha!akkan yaadaa ishee ilaalutti.
@user-wn9yh6dj5p
@user-wn9yh6dj5p Месяц назад
yaayi hajji baqa nama tate of barate si se.ee jiranya ko kesa sin naquu jeten me hati manaf abban mana jerenya wali yo bene mali wal bira godhuu re aka hadha mana guyaa taka afan garii marii garii sira aragine calatuun jerenya balatii akka batuu abadidhaa kan aka calatu esumayu aragatuu cubu ishi jalas dadese batuu
@usje7823
@usje7823 Месяц назад
ya hajii rabbii jedhii abdii shekaa itii wamii yo guyamaa takaa ini kani si wajii rakatuu tayee isaa intalii mucaaa marachanii inii amaa uftii hin bekuu hasayuu malee akumaa bahari hin demaa hin lalinaa mucaa kani sirii itii godhee Abdalaafi gadiseen wali galani mucani hin iyaa hin lalinii qabaa hidhaa shekaa bahari sani ittii wamii ya hajii inuu simaa wajii rakachaa turee
@JiraaAmayuuJiraaAmayuu
@JiraaAmayuuJiraaAmayuu Месяц назад
Dhugaa keti ❤
@OromiyaJituu
@OromiyaJituu Месяц назад
😂
@OromiyaJituu
@OromiyaJituu Месяц назад
Abdi maal ta'e isni worii comment kuni tonkoli ijjjole yamani isni galu dide miti😂😂😂😂 bar erga badde turte jirti ijjole yamani kijibaa qofa tate hin soba atti miskinaa ee
@user-pg9yc9ch3o
@user-pg9yc9ch3o 29 дней назад
😢😢😢😢
@caaltuuorotube4636
@caaltuuorotube4636 Месяц назад
Hajii atii dhiraa demee dalagadhuu dhiraa hechuuni kanii dalagatuudhaa
@siifanarsii6955
@siifanarsii6955 Месяц назад
Umata yaman kana hundaa isatuu osoo walittii qabanii ittii qar'anii sheyxanii isaan senee raabbiin sadimaa haa basuu
@NnNn-yl4mp
@NnNn-yl4mp Месяц назад
Wallahi warra yamani hunduu kessanu sheeyxaan isiinitti jiraa rabbin isiin haa afiyuu
@user-ln8qv4bc1g
@user-ln8qv4bc1g Месяц назад
Sumatuu baadii qabaa H😮😮😮hicci 🤧🤧🙄🙄🙄🙄 🐈👈 Caaltuuyee miisikinaa dhugaa qabbdii 😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤
@obsakadir6668
@obsakadir6668 Месяц назад
Wallahi hajjin kuni sirna hin beka haala hammata malee rabbiin wallitii isini haa urugesu ❤❤❤❤
@fatumatube3721
@fatumatube3721 Месяц назад
Rabbiin isini ha laafisuu dubbiin teessaan ni jabaati yaa'i dhiisaa wali gala walin jiraadha Yaada bira hajjii abdii sheekaa itti waami jaazaa si bira qaba
@user-it5qd6mp7d
@user-it5qd6mp7d Месяц назад
Rabbiin adaan issin basini
@user-iw8vx5bx8i
@user-iw8vx5bx8i 21 день назад
icicic atii Gowwodhaa bar gowumadhumakee sifi bareese🦍🦍🪳🪳🪳
@user-hd4wc1yo1p
@user-hd4wc1yo1p Месяц назад
Yaa calatu dhisii abbaa woraa kettii gorafaadhu wojiin jiraadhu
@fatamabh2326
@fatamabh2326 Месяц назад
Hajiin gorsa maalii dhagaha gorsitee dadhabdee argaan jirtuu duraan😢
@mardiyetube367
@mardiyetube367 Месяц назад
dhugaa keti hajii mashallaa tabarkallaa
@LaftiitenyaaLafeetenyaa
@LaftiitenyaaLafeetenyaa Месяц назад
Dhirrii arsii idoo waa garaa quftee gangalataa buluu mallee jirenyaa manaa of barechiftee jirachuu hin bektuu
@netsanettube9580
@netsanettube9580 Месяц назад
hajii waa'ee nama dhisii malii baleess jiidhee duraa kana akka caaltuu hin argituu yeroo bayyee si dandeesse dhugaa dubachuuf si bar akka hojete nyaachisuu qabduu atii yomo yaada
@NaifKiyya
@NaifKiyya Месяц назад
Akka nama gari of godha hajjima kan jiba ya rabbi jarsa akkana nura qabbo kana kaa samu qafo
@NaNa-cm6hc
@NaNa-cm6hc Месяц назад
Ya hajii rabbii jedhii abdii shek ittii yamii intalloon dhamasa jirtii 😢😢😢
@MunisaBh-kg7gf
@MunisaBh-kg7gf Месяц назад
Hajjiin atii sare sare sare sare sare 🤐🤐🤐🤐🤐🤐🤐🤐🤐🤐
@NnNn-yl4mp
@NnNn-yl4mp Месяц назад
Yaa caltuu oduu namaa ufirra dhisii abbaa keeti rabbumaa itti kadhaadhu wajiin jiraadhu namni tokkolee waa sii hin godhuu
@TuluGenet-ec6pu
@TuluGenet-ec6pu Месяц назад
Rabbuma abba mana akkana nurra qabi ani Guyyaa takka wajji hin bulu🕷🕷🕷🕷🐌🐌🐌🐌
@fatumamohammad9064
@fatumamohammad9064 Месяц назад
Rabbiin isin haa qajeelchu jechumatu caala 😢 yoomuma nama yaadaa taatu Yeroo hunda akka daa'imaatti wol fixxu a'uuzubillaah
@makiama9561
@makiama9561 Месяц назад
Amiiiin amiiin amiiin wallaahi isan Wayee mana ofi qofa haasa'uu🙄😒😏 maal qaba osoo waan BARUMSA qabu dubbatani
@nuriyaidirisjilo9271
@nuriyaidirisjilo9271 Месяц назад
Hajii atii amalaa kee sirefadhuu duraa walhii atii balessaa gudaa qabdaa atii malifi caltuu hin kabajinee caltuu namaa garii mashallah atii ka'aa caltuu wajinii hin jiranee namaa biraa wajinii hin jirtuu walhii I love you caltuu ❤❤❤❤
@monazobra3389
@monazobra3389 Месяц назад
Haajinsi hoji haa senuu caalituunisi manaati haa debituu haajii ritaa,iitii wojiin jiraadhuu caalituun namaa gaaridha❤❤❤❤❤
@oromiyaoromiya7709
@oromiyaoromiya7709 Месяц назад
Yaa hajii caltuun dafqaa ofitiin jiratii sihiyuu jirchisaa jirtii atiyuu sababaa caltuu jirtaa yaa xoqayiiii
@ayyanoro
@ayyanoro Месяц назад
Horiiii.
@Obeeshekaa13
@Obeeshekaa13 Месяц назад
Siii.yoo.yadaa.kenyaa.baresinee.waa.itii.hojataa.atii.kesatuuu.mala.gotaa.rabitii.nuu.fidaa.Caltuu.simatuuu.hamesaa.namitii.mitii.meeee.ufumaa.ufii.lalii.hajiiii.dhugaaa😭😭😭😥😥CC❤❤Amshiiirriii Caltuu toooo😭🤲
@Nawi-or8is
@Nawi-or8is Месяц назад
Yaa calltuu meshacha hafudhatu daimake akka ittinkenine walyi. Namicha. Garatii defadhu sinjadetuu damiko fidii meshake fudhu sinjadha. Walyii mesha sana fudhate qilee hasenu. Atii amma dalade bitataa. Daimake hinbitatu mallaqani damake jabesii. Hajiti hindebin namajijiramu mittii waga 20 yamkesa jirate. Lukuu 1. Hinqabu kuni hinjijiramu yomu
@suhailaajail3234
@suhailaajail3234 Месяц назад
Yaa woraa komaanitiNama arbisiitaa hajii atisii ofii siressii callituuAtisiiOdduu nama hin fudhiin
@ZaharZAHAR-rd7xy
@ZaharZAHAR-rd7xy Месяц назад
Hajii gowwaa caaltuun nama bee siif obsaa dhayxee sii dadhabdee ati nama jijiramuu umrii offii sii wojiin fixe sii dadhabdee ati batee hin dalayduu daimaa seraan hin qabduuf mana kophati itti cuftee bakkaa birraa raftaa jirruun kee duraa badee jirruu daimaa waa hin beynee balesaa jirtaa
@baaleeroobee9464
@baaleeroobee9464 Месяц назад
Maal ta'uu dhabde caaltuun hedduu obsa qabdii si waliin hagana ka jiraatte ati amala kee kana hin sirreeffattuu
@user-ul9oi5mx3w
@user-ul9oi5mx3w Месяц назад
Hojin niulfata jetu dubartiti hin ulfatu sidhan ati dhira wahunda dandayuqabdaa
@user-yk1iv6oh7t
@user-yk1iv6oh7t Месяц назад
Yaa rabii jirenyaa kenyaa akkaa waraa yemani kana nun godhin 😢😢😢
@makiama9561
@makiama9561 Месяц назад
Amiiiin amiiin amiiin 😁 😁 😁 😁 😁🤔🤔😁 congratulations 😁 😁 😁 😁 😁
@naziifamuktar3139
@naziifamuktar3139 Месяц назад
❤❤❤caltu jabadhu
@Makkiqashitioro
@Makkiqashitioro Месяц назад
wly bly yaa worraa yaman akka isin jibbee uuf araga keessaan isin hifanee
@SabonatuArsiiMunneessaa-rn6nk
@SabonatuArsiiMunneessaa-rn6nk Месяц назад
Kan akka nama biro herumane fane mali waan ishee jetee gonee atii
@LaftiitenyaaLafeetenyaa
@LaftiitenyaaLafeetenyaa Месяц назад
Dhirumaa arsii argaa isii umataa saree jirenyaa jijirachuu hin benee beraa jijiruu malee yaa umataa mataa furii
@AaAa-sz9uk
@AaAa-sz9uk Месяц назад
Atii boruu itii jijirataa ok 😢😢cc
@jamilajamila-eo8om
@jamilajamila-eo8om Месяц назад
Jiruu warra kana yaa rabbii rahamata hagodhuu
@Mecca1-tg3yw
@Mecca1-tg3yw Месяц назад
Hajii.atii.qumar.taatptuf.dalgaa.dhiftee.isii.haadha.daimati.hojadhuu.jetaa
@MrKaled-xi8gg
@MrKaled-xi8gg Месяц назад
Caltuu mana kee dhifte hin demiin bultiin ganama ijaaramte qosatti hin digamtu ofi dararinii ati demtus hajiin fudhu hin dhisu tutule sanuma calisi mana ketti ilmo te gudifadhu
@fatamabh2326
@fatamabh2326 Месяц назад
Akkas hinjedhamu bultiin maatii isaa hinbeeyne hinii ojii hojatee masruufa hinkeenuif bultii osoo hintaane garboomuudha
@user-zu6rj4ev9i
@user-zu6rj4ev9i Месяц назад
Yaa hajii ati waggaa meqa gutuu hin siroftu akkamitti jarsi.jartidhan waa ko sin galchu jedha mucaan kunis hin gubatte caltuun😢😢 hajii yomumaa sirofte manake bulfattaa😢😢 ati akka dhira wayyoo
@musthaqmusthaq4620
@musthaqmusthaq4620 Месяц назад
❤😢😢Amshiir caltu
@user-rw6mk9yw1r
@user-rw6mk9yw1r Месяц назад
Sumatuu badii qaba uussii jedhii
@user-xw9tc5qi3q
@user-xw9tc5qi3q Месяц назад
Jasabaa hadhakee atii ishii namamoo silaa qorqoroo
@jamilahmohammad8911
@jamilahmohammad8911 Месяц назад
humaataa yamaanii kuni oromaa maqaa baleesiitani uuuuuuuuuuuuffii
@user-qi4dg1rp1j
@user-qi4dg1rp1j Месяц назад
Wolhi mashaallah hajji ara nama garidha akam calltu debi mana ketiti
@FoziiFozii-ty2xq
@FoziiFozii-ty2xq Месяц назад
Egaa hortuu dadhabadee haa dematuu
@user-hc3pu8cm9i
@user-hc3pu8cm9i 10 дней назад
Ha 🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🏌️🏌️🏌️🏌️
@mekoaman-rg8jt
@mekoaman-rg8jt Месяц назад
Yarabbii 😢😢😢
@user-it5qd6mp7d
@user-it5qd6mp7d Месяц назад
Yaa hajii rabbii jedhii Abdii sheka itti wamii qarasisii😢😢
@makiama9561
@makiama9561 Месяц назад
Hin dhukkubaa maa?
@zxczxc3083
@zxczxc3083 Месяц назад
Ofiyuu maratan hin barbadaa gana abdiif wamaa😢😢
@netsanettube9580
@netsanettube9580 Месяц назад
Hajii atii amma daa'imaa futee mal gotaa rabbii jedhee daa'imaa hadhaa qofa
@user-kk2ed7np3o
@user-kk2ed7np3o Месяц назад
Gadhiisuun mucaayoon in gubiinii Namichaa samuu furrii Goowaadha Atii
@munatube2
@munatube2 Месяц назад
Dhuugaakeetii haajii
@user-it5qd6mp7d
@user-it5qd6mp7d Месяц назад
Wly caltuu situu badii qabaa
@HusseinHamid-ec6wd
@HusseinHamid-ec6wd Месяц назад
badii isii kaa oso in arguu meshaa gurutuuo oso dhosite fudhatee wayyaa🤪🤪🤑🤑🤑🤑🥺🥺
@zxczxc3083
@zxczxc3083 Месяц назад
Itti muldhisuu ballesitee malee duraa badii hin qabduu 😢😢😢😢dhisaa
@BoharsituAbrahim-fp1xh
@BoharsituAbrahim-fp1xh Месяц назад
Dalagaa hajii beeytu natti fakkate youtube jala deemi ilaali raftee kaate fakkata hajjin danqaara hulaa jallla kanaahu hin tahu yeroof barbaada caaltu ilmoo godhadhe jannan tan dhalteehu garatti deffadhuu jedheen yoon isiin dalaga deemtu ilmoo irra dhufte deemtu ilmo mukaa fi lukaatti hidhaaaa daimaa mana namaa kaahe bakka ashiishaafi qumaaraa dhugaati olaa sababab sani hojii qaburra ariyaame kun nama haadhaaf abba kee na barsiisi jatte wagga 4 ol kadhaata jirtiii kun nama diqaaladha
@maramesolomon6268
@maramesolomon6268 Месяц назад
Caltuun baadii mali qabdii wan hin benee hin dubaatin
@FanToo-bq8fg
@FanToo-bq8fg 15 дней назад
Sumaa Na jibisisa
@user-pl7xj9km1p
@user-pl7xj9km1p Месяц назад
😢😢😢😢😢
@Qananiitube
@Qananiitube Месяц назад
Tuuu horii Waa'ee bultii beektaa ati Amma yoomiti cibisetee si qalabdi Bagaa deemtee
@user-tc3ce2sz9n
@user-tc3ce2sz9n Месяц назад
Tidarii diguunii in ulfata callatu yaa aboo dhisii Dada.ii wagaa bayee obositetaa
@user-rl1xb4zr5f
@user-rl1xb4zr5f Месяц назад
#Hajjii #Obboleessa koo ammas si gorsaa haga beekkumsa kiyyaatti situ rakkoo qabaa #Caaltuun si badaddee si dadhabdee mee ammas si gorsaa dhageeffadhu 1ffaa ati dhalaa jalaa dhaabadhu tanaayyu danddeettee in horannee osoo danddeettee silaa ilma in dhalin in jettuun 2ffaa ati dalagaa in feetuu bahi manaatii dalagi 3ffaa maatii kee barsiisi 4ffaa qumaara dhiisii waa wolitti qabadhaa biyyatti waa dalagadhaa #Hajjii isiin yoo si biraa deemte takkanuu si woliin jiraatuun shakkiidha #Eemaaneen si biraa kutte #Faayoon si biraa kutte caaltuun ammas ni jirtii jabeeffadhu
@vivip-hu3li
@vivip-hu3li Месяц назад
Dhuugaa keetii
@KhaledSaabir
@KhaledSaabir Месяц назад
C caltuu hajima jaltaa kan siif woyya worra ofii sihaa barisuu obsii wojjin jiraadhu
@barakqsxsw90
@barakqsxsw90 Месяц назад
Yaa caaraa caaltuu 😢😢
@Hamdiyaorotu
@Hamdiyaorotu Месяц назад
Dhisii wan sigodhu hin qabuu😢😢😢😢😢😢😢caltuu too
@SabontuuYouTube8542
@SabontuuYouTube8542 Месяц назад
😢😢😢😢
@ggfft4538
@ggfft4538 Месяц назад
As wr wb Akkami Akka yaada kootti osoo waan bultii kana midia irraa fiduu dhiiftanii gaariidha manauma keessatti dhoksitanii Achumatti wol gorsitanii calliftanii jiraattanii gaariidha.😢
@alamiethopia6526
@alamiethopia6526 Месяц назад
Gowadha Atii
@halimabosona6110
@halimabosona6110 Месяц назад
Hin qanfaatuu hajiin daimaa gurguraachuuf afaan badaa saree woyii duraa sigaaraa xuxaa esaa deemtaa atii
@OnorNor-ju3pq
@OnorNor-ju3pq Месяц назад
Bara kanaa warii yaman wal hikuu malee dhiftan
@KhaledSaabir
@KhaledSaabir Месяц назад
Jaraan nama hin abarinaa gorsaa dhirti tete nyaachuin hajii irraani hin egalee garuu Gorsaa Hajiin nama obsa qabuu worrii bultii nama kessa sentaani kessa bayaa ani ta obbolumaa Rabbii dubadha garuu osoo berii caltuu boda 2 fudhee hunduu sila worra harka isati du'u obsaa isaatif hafani takka ija badani garuu caltuun dubarti jabaduudha Hajii ani obbolesii kee isini hunda hin bekuu
@Sabbontu609
@Sabbontu609 Месяц назад
Dhugaa wly hajii atii kabaja bekituu wly usii duraa akaa dhiraa taii tokko egaa calituu futee dirqamaa waraa kee barisisuu qabdaa Lamafa dalagaa gabatee akaa dhiraa dalagatee galituu fayidaa kee qumaraa tapachu qofaa 🤦🤦🤬🤬 sadafaa kabajaa Abdiitu lafaa nafyixee sigorsaa dhaqanii sidadhabani calituu yoo rabii qalibii sikenee waraqaa kee fudhuu hajii biraa demi jireenyaa kee jiradhuu Haji umrii kee siraa fixaa😭😭😭
@user-tx9vb3no6r
@user-tx9vb3no6r Месяц назад
Ilmaa namaa mitii kunii iccciii
@maramesolomon6268
@maramesolomon6268 Месяц назад
Hajii Nama akka caltuu hin argaatu wan isheen jetee godhii walin mucaa keessan gudifaadha kabajii haadha manakee situu baadii qaba caltuun misikinaa dhugaa
@GugulaDubai
@GugulaDubai Месяц назад
Ajii.rip😢
@zainabtzainab8839
@zainabtzainab8839 Месяц назад
usiii jedhiii waraqaa fii meshaa iisiii keeniifiii kokaa jaaldesaa daayusaa atilee eegaa dhabatee olii fuutee fiicooftee dhiiraa maqaa olchaa qabuu gaadhee hagaa yomii manaa ciitee nyaataa Akaa dubaartii deetee ulmaa ciuiftaa giisee maaraa wlh dhiraa Akaa keetiii kanaa waalii jiiraatuu iiraa dhabatanii haafuu wayaa👌
@user-to1xj6hr4o
@user-to1xj6hr4o Месяц назад
Dhugaa ketii lubbuu dhiraa akka isaa kana iraa dhabuu woyaa
@JiraaAmayuuJiraaAmayuu
@JiraaAmayuuJiraaAmayuu Месяц назад
Hajii ati hadhaa ilmoo kee jabifaadhuu dhalaa biraa mal irra gotaa mit
@hawinettube7902
@hawinettube7902 Месяц назад
Cuuphee garachaa kee torrobbo sanattan naqaa Anuu oton Yemen jiraadhe qoqaa haadha keeti tortoraa Hajjii sammuu furrii 🤧🤧🤧🤧🦓🦓
@otibiotibi2580
@otibiotibi2580 Месяц назад
Atuuu qaraa mataa hini qabaduuu bagaa bateee
@birqeegudeta9281
@birqeegudeta9281 Месяц назад
Abbaan dhala mukati hidhee rafu abbaa akkamitti mee rabbii jedhii
@saadaasultan1618
@saadaasultan1618 Месяц назад
Ati maaliif tadhaltee garatti deeffadhu jettaan
@ofiinbontuubalee8409
@ofiinbontuubalee8409 Месяц назад
😢😢
@Misra-uk9pk
@Misra-uk9pk Месяц назад
Sii tuu nama siitti debittii rabbi jedhii
@GennaHassen-nn4fg
@GennaHassen-nn4fg Месяц назад
Ati beera horachuu hin dandeessuu dhiisi beera si horata mataa kee akka dhiiraa osoo taate mee bahar faa seid😂ilaali bada gowwa maaltu si rakkise mee beera si horata cal jettee akka beera dhaalte mana taa'i beeruma dhalte sanuu hin geessu ati
@YusufHuseen-if3po
@YusufHuseen-if3po Месяц назад
Ati namaa gudadhaa mali kesani fixachuu dadetuu dhimaa kesoo keti matuu midiyaa irraa si basisee ati yoo lalani gudaa fakataa yani kee xiqadhaa
@user-iy5vz7er3n
@user-iy5vz7er3n Месяц назад
😊😢😢
@MirimaMom
@MirimaMom 15 дней назад
Hajii atii nama balagedha haboo atii jasbadh sila badaa konkaa wayii atii duranuu nama kabajanii tahufi mitii konka
@user-ro1sw7kt4q
@user-ro1sw7kt4q 11 дней назад
Caltu daffi miliqi namichi nama kayyo qabuu mitii walayi
@AmenAm-li3il
@AmenAm-li3il Месяц назад
Wly namaa dabaratani
@user-cl3ow4zz9n
@user-cl3ow4zz9n Месяц назад
Hajii.Abdii.ira.hikkii.mucaatin.qorochaa.itti.gotee Rabbii.jedhii
@HusseinHamid-ec6wd
@HusseinHamid-ec6wd Месяц назад
wlhii callatu tuni dhamantudhaa maall os isii ta.ee sii wajjii jirachaa jetee sobdee manatii dem.aa achii gaffaa ini mana bahee dhosee nama yamadhee meshaa kiyyaa guradhaa walhii mala bentuu janbaa walhii ishii😮😮😮😮😮😮😮😮
@UmairKhan-bp5wo
@UmairKhan-bp5wo Месяц назад
Akafeteti irra deemi gowwittii simalee iyyaa gurra qabne arkate tuni dofaan
@fatamabh2326
@fatamabh2326 Месяц назад
Meeshaa isii kennifi ofiraa hikee ilmoosi hagudifatuu sigorsitee dadhabdee maalgotiree
@user-hk9vi1dn1x
@user-hk9vi1dn1x Месяц назад
Umaataa yamani cinqiii
@Hamllam
@Hamllam Месяц назад
💔💔💔💔💔😭☝️
@umbader4
@umbader4 Месяц назад
Atiiyomu namatatuu Haajii dubartii qaqayarubicha Kankee akkayuniformiii
@setes3855
@setes3855 Месяц назад
0:57 1:00 1:12
@user-eo6tw9hw3b
@user-eo6tw9hw3b Месяц назад
Ayii Caltus Siirituu akkas itti taphaacua jira Ammoo biras deemuu hin barbaduu Waqaayyoomtii isiin Haa gargaruuka siif Abdii😢😢😢😢
@AmenAm-li3il
@AmenAm-li3il Месяц назад
Wly batee namaa dubarati wogaa gutuu isnin womaa lolaa hasofatani maa waa biraa wanin dalagadani hin qabadani atifi Abadinilee wly batee dabara dhisaa wani akana
@AshaHasen-dt6tw
@AshaHasen-dt6tw Месяц назад
Rabbin addaan issin basin
Далее
DEFINITELY NOT HAPPENING ON MY WATCH! 😒
00:12
Просмотров 13 млн
Каха и суп
00:39
Просмотров 2,8 млн