Тёмный

007-Dubartummaan Qormaata! " Inni ati waa irraa fudhachuuf dhayxu akka ati waa kennituuf si gaafta! 

ZAD PODCAST
Подписаться 17 тыс.
Просмотров 1,7 тыс.
50% 1

Qophiileen keenna Islaamummaan faayamee artiidhaan kan dabaalame Aadaa Hawaasaa makata, Senaa fi safuu dabalata, bohaarsaadha, bashannansiisaadha, Barsiisaadha.
‪@OBNoromiyaa‬ ‪@Hamiltantv‬ ‪@raayyaaabbaamaccaaofficial867‬ ‪@kebormultimedia3271‬ ‪@dawitdreams‬ ‪@FlowPodcast‬ ‪@zadpodcast‬ ‪@IbsaaMedia1‬ ‪@Ibsaabdi‬ ‪@IsaReta‬ ‪@minbertv1‬
[ Like our FB page & Share Our posts ]
/ zadpodcast
[ Subscribe Our RU-vid Channel ]
www.youtube/@UCbzwnXmOw6L8yuP...
Copyright © 2023 @zadpodcast

Развлечения

Опубликовано:

 

31 май 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 59   
@NaoliiTube
@NaoliiTube Месяц назад
Dubartoonni Islaamaa Dandeettii fi Ogummaa addaa qaban Osoo Carraa Media Hawaasa fayyadamanii (specially)Dhaloota ammaa kan Eenyummaan isaanii jalaa bade kanaaf Carra of barbaaduu isaaniitiif sababa ta'uu danda'a ❤❤❤
@abdulhafiizjamaal9227
@abdulhafiizjamaal9227 28 дней назад
Dhugaadha waan bayyee murteessadha carra argamee hundaan micaaatti tana fi warra akka is he dandeetti danuu qaban kaa gara media haa finnuun nomonni hundi waan Kàna irratti haa hojaannu
@RedwanAbule
@RedwanAbule Месяц назад
Alhmd namaa muslima oromoo tahe yaada ykn dandeetti akkanaa qabuu qabachuun keenya ana ka na Galle hanga hara'a maal nu jala taateti yeeroo namni osoo beekne beeke osoo dandeenye danda'ee osoo qabatiin qaba jedhe beekamtiin kennamaafi jiru kana keessatti ati hanga sirra barbaadamuu hojaatte beekumsaa kee qabduun ukaamamte tahun kee gara na nyaatee ammas hin dhaqaabama kanaafu dubarree tana cina dhabbachudhaan haa jajjaabbeesinu mee❤❤❤❤❤👍👍👍👍👍
@AbdurehmanKedir-pw3zk
@AbdurehmanKedir-pw3zk Месяц назад
Umrii kee guutuu namoota Abjuu hin qabne waliin jiraachurraa isaan Abjuu qaban waliin guyyaa tokko dabarsutu caalaa. Bagaan sin wal bare! Jabaadhu ammas
@SharafuMuhaammad-tk2ji
@SharafuMuhaammad-tk2ji 10 дней назад
Maashaa Allah
@user-jk6mw7kv3f
@user-jk6mw7kv3f Месяц назад
MashaAllah MashaAllah
@kasnaumar8906
@kasnaumar8906 Месяц назад
Anilee mucaa isin jatee san ❤❤❤❤ sagale isaa heduu namati tolaa masha Allah isin hundinu jabadhaa❤❤❤
@JamilaJojo-zl9vj
@JamilaJojo-zl9vj Месяц назад
Wa wr wb masha Allah tabaraklh
@Abdusse_Tube
@Abdusse_Tube Месяц назад
Bagaa nagaan Dhufte jennee qaalii ko hayyee itti fufaa ❤❤
@yusraatube5820
@yusraatube5820 Месяц назад
Sagantaa ajaa’ibaa yeroo 2 irra deebiee guutuu laale
@kasnaumar8906
@kasnaumar8906 Месяц назад
Masha Allah baredaa ❤❤❤❤❤ jabadhuu ❤
@nurajohar09652
@nurajohar09652 Месяц назад
Kitaaba dhukkuba Maraatuu jedhu kana eessaa argadha
@yusraatube5820
@yusraatube5820 Месяц назад
❤❤❤❤❤❤❤❤
@sabkeebar
@sabkeebar Месяц назад
❤❤❤❤ mashallah nama akkana kana bakka jirutti jajjabbeessa jecha bayyeen gariidha rabbii si haa gargaaruu hojii ajaaiibaati ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ kitaabjcha eessattin argaadha mee dhukubaa maraatu
@zadpodcast
@zadpodcast Месяц назад
Manneen kitaaba keessatti argama Keessattu nannoo finfinnee fi Adaamaatti🥰
@AbdiKedir-kl1hs
@AbdiKedir-kl1hs 13 дней назад
Masha Allah samuu teenya akka bakka guddaa tokko geettu duruu abdii sirraa qaba bakka guddaa geettee nu boonsita gaaf tokko insha allah❤
@user-ql4gq4du6e
@user-ql4gq4du6e 7 дней назад
Mashallh
@AbdurahmanHajiaman
@AbdurahmanHajiaman Месяц назад
Mashallah mashallah jabaadhu lafee tiyyaa rabbi si haa gargaaru Walh ati nama addaati badhaasa Keenya 😁😁😁😁🤣🤣🤣🤣 miira natti dhagahameetu kana
@user-ne1pz9xc2v
@user-ne1pz9xc2v 4 дня назад
Mashaalaa Alaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@mariyemsultan1778
@mariyemsultan1778 Месяц назад
Masha Allah 🎉🎉sistu tiyaa jabadhu❤
@jituuoromiyaa4014
@jituuoromiyaa4014 2 дня назад
❤❤❤🎉🎉
@nurajohar09652
@nurajohar09652 Месяц назад
👍 👍 👍
@yusraatube5820
@yusraatube5820 Месяц назад
❤❤❤❤❤❤❤
@firansibekanlanguage4422
@firansibekanlanguage4422 Месяц назад
Keep the good work dear Abdu!
@zadpodcast
@zadpodcast Месяц назад
Thanks 🙏
@AJcreat...
@AJcreat... 19 дней назад
Masha allah
@room2723
@room2723 3 дня назад
Mashallah
@MASLOOTube
@MASLOOTube 13 часов назад
Maashaa Allaah❤❤❤
@abdusamedseifuden8815
@abdusamedseifuden8815 Месяц назад
🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤
@NasirOro-tq6hc
@NasirOro-tq6hc 6 дней назад
❤❤❤❤❤❤❤❤As.wa
@user-pe7xy7uf6n
@user-pe7xy7uf6n Месяц назад
Jabaadhuu Baayyeen si dinqisiifadha, ❤garuu Ijoollee haroo Dumal jennan miira keessaa galee😂❤
@zadpodcast
@zadpodcast Месяц назад
Miira keessaa bahi😂😂
@mariyemsultan1778
@mariyemsultan1778 Месяц назад
Oow ijjolen tena akkan qabdi kunoo oowwws anis keessa jira kesatu kan lokari kesan sente San hin dagadhu
@OzaanbaleOb-qf5qo
@OzaanbaleOb-qf5qo Месяц назад
Mashaa alh jecha anis yaadan qaba hin ta'a jedhe hin yaadu garuu akka tahuu abdin qaba rabbirra yaani kiyyas warrota Biyya ammba jiranis akka affertu bar bade yaani kiyya kanuma zad
@zadpodcast
@zadpodcast Месяц назад
Inshaa Allaah
@yayyaaSabbaa
@yayyaaSabbaa 9 дней назад
Mashaallaah
@user-pm8uw9mu1m
@user-pm8uw9mu1m 6 дней назад
Maashaa Allah Dubartii jabduu ❤❤
@user-ss9yi2dz2t
@user-ss9yi2dz2t 5 часов назад
As wr wb Amiin Fiidii
@user-ss9yi2dz2t
@user-ss9yi2dz2t 5 часов назад
❤❤❤❤❤❤
@user-kf8hz2nx6n
@user-kf8hz2nx6n День назад
🙏☺️♥️
@NaoliiTube
@NaoliiTube Месяц назад
Dhugaa Dubbachuuf Namoota Mullata Gaarii qabaniif Osoo Carraa mullachuu Saaqnee hedduu nama tola❤
@user-qb6sn8gd9g
@user-qb6sn8gd9g 2 дня назад
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@mariyemsultan1778
@mariyemsultan1778 Месяц назад
Qoyi hanga hardha esa jirta esumati dhokate😊
@samarhsan4562
@samarhsan4562 2 дня назад
❤❤❤
@ZamzamMuhamad-yr6fm
@ZamzamMuhamad-yr6fm 3 дня назад
❤❤❤❤❤
@NasirOro-tq6hc
@NasirOro-tq6hc 6 дней назад
❤❤❤❤
@biftuuoro4676
@biftuuoro4676 9 дней назад
Rabbiin dubartoota muslimaa jajjabaa akkanaa nuuf haa baayyisu !!😮
@wazir_ark
@wazir_ark Месяц назад
Mashaa Allah
@heydarjamaal548
@heydarjamaal548 11 дней назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-ql4gq4du6e
@user-ql4gq4du6e 7 дней назад
Mashallh
@haleemahaleema5615
@haleemahaleema5615 3 дня назад
❤❤❤
@Jeejee457
@Jeejee457 5 дней назад
❤❤❤❤❤❤
@Mariyanasir-ei7qz
@Mariyanasir-ei7qz 8 дней назад
❤❤❤❤❤
@HamzaSaifudin
@HamzaSaifudin 12 дней назад
❤❤❤❤❤❤
@HamzaSaifudin
@HamzaSaifudin 12 дней назад
❤❤❤❤❤❤
@HamzaSaifudin
@HamzaSaifudin 12 дней назад
❤❤❤❤❤❤
@AJcreat...
@AJcreat... 19 дней назад
❤❤❤
@HamzaSaifudin
@HamzaSaifudin 12 дней назад
❤❤❤❤❤❤
Далее
Is it impossible to cut off so much?💀🍗
00:14
Просмотров 3,6 млн
Cabeças erguidas, galera! 🙌 Vamos pegá-la!
00:10
УНИТАЗ В ЛЕСУ?? #shorts
00:24
Просмотров 584 тыс.
Hojjataa Diishii bultii nama diige! daawwadhaa
17:46
Просмотров 92 тыс.
Yeroo Jaalalaa
21:54
Просмотров 165 тыс.
тгк: katylazarevaa
0:16
Просмотров 1,8 млн
Поймал редкий кадр🤨
0:22
Просмотров 2 млн
Оцените переход от 0 до 10🤣
0:14