Тёмный

Abraahim Adam:Wallee Asheta Gannaa koottuu jachuun By RM 

Robso Media
Подписаться 6 тыс.
Просмотров 1,1 тыс.
50% 1

Abraahim Adam:-Walleelee Jaalatamoo, hindulloomneefi dhabaman keessaa kanneen akka bareedduu dammaqii hirriibarraafi Asheeta Gannaa koottuufi kkf biroo muraasa By Robso Media
Robso Media is a private media works on afaan Oromo,Aada Oromo and Seenaa Oromo...
Miidiyaan Roobsoo Miidiyaa dhuunfaa yoo tahu kaayyoon keenyaas walleewwan Afaan Oromoon wallifamaniifi kanneen dagaagin Afaan, Aadaafi Seenaa Oromoo dhabamarraa oolchaniifi darbees akka dagaagee sadarkaa amma irra jiru kanaa gahu taasisan akka hin banneefi hin irraanfatamneefi darbees dhaloota dhufuuf dabarsuuf hojjachuuf Miidiyaa hundaa'e waan ta'eef isiniis kana hubachuun Miidiyaa kana akka hordoftaniifi jajjabeessitaniis asumaaniis isin afeerra!
#robsomedia #robso #oromomusic

Опубликовано:

 

19 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 4   
@Abduy2
@Abduy2 3 месяца назад
Jabaadhu haaluna janaan itti fufi sirbaa yuusuf abdii kaarru itti hida'i
@robsomedia
@robsomedia 3 месяца назад
Hayyee isiniis yaadaafi hamilee nuuf kannitqniif Galatoomaa!
@MusaGolicha
@MusaGolicha 2 месяца назад
0:23 ​@@robsomedia
@MusaGolicha
@MusaGolicha 2 месяца назад
0:48
Далее
ጥላሁን ገሠሠ የፍቅር ሙዚቃ
1:01:10
Просмотров 135 тыс.