Тёмный

AF GAAFFII MELESE ARGEWU GETU TASHOME WALIIN TASISE | DEEBII AJAAHIBA KENNEE JIRA DHAGEFFADHAA 

OBORO MEDIA
Подписаться 102 тыс.
Просмотров 7 тыс.
50% 1

#oboromedia #Omega_films/ #Take & #malka
#singers #Melese_Argew & #Getu_Teshome
Faartataa jaallatamaa Melese Argewu farfannaawwan isaa irratti gaaffiif qeeqa ka'a turan irratti Deebii ajaahiba kennee jira.
kana qofa miti dhimmoota farfannaa ammaaf durii jechuun namooti yaada garaa garaa dhiyeessan irratti maal jedhe laata? amma dhumaatti caqasaa!
warri channel keenyaaf haaraa taatan subscribe gochuun video itti aanu hordofaa

Видеоклипы

Опубликовано:

 

10 июл 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 84   
@BonsaAbebe-dj6nu
@BonsaAbebe-dj6nu 13 дней назад
Mallasee Argaw naman akka addaatti jaaladhu nuuf jiraadhu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Ati amantii keettis Oromummaa keettis cimaa dha.
@abesagasa9715
@abesagasa9715 27 дней назад
Jabba kenyaa ebifamiii dhugaaa. Qaxaleee kenyaaaaaa❤❤❤❤❤. Bayyyee siii jalanaaa nuf jabbadhuuuuu❤❤❤
@bojakebeofficial5720
@bojakebeofficial5720 27 дней назад
Amazing 👏 malleekoo Jabaadhu Ergaa cimaadha ❤❤ warra dhaggefateef ani waan bayyee irraa bareen jira ❤❤❤
@DinsiriabteDinsriabte
@DinsiriabteDinsriabte 27 дней назад
❤❤❤❤❤malasee jabadhuu waqayyoo siya ha ebbissuu❤❤❤
@user-hw5qr1kr4i
@user-hw5qr1kr4i 27 дней назад
🥰🥰🥰🥰🥰farafata malase jaba nama
@AppCenter-jn5gj
@AppCenter-jn5gj 10 дней назад
Nama waaqayyo jabaadhu ati barsiisa dhuugaati farfata mallee❤❤❤❤❤❤❤❤
@oliifmedia850
@oliifmedia850 27 дней назад
Welcome obboroo media my brother jabaadhu si waliin jirra Abshir wal jajjabeessaa oromoo koo 🎉
@oboromedia
@oboromedia 27 дней назад
Thanks oliif media
@user-it6ko8te9b
@user-it6ko8te9b 2 дня назад
Ebbifami maallase qaxaleko ani duru si jalladha farfana kee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@lensatafara1948
@lensatafara1948 26 дней назад
🙏Jabaadhu ati yesuusiin faarsuudha malee matuma qormaata hin argu jechuu hin dandeessu namni haa haasa’uAtimmoo Hidhannoo kee gooftaa waliin jabeeffadhu🙏Nan shakka eenyutti of hin amanuu hedduun Jaalladha🙏
@user-wx2mi2if9z
@user-wx2mi2if9z 23 дня назад
wow amazing.Mallaseen nama ajaayibaati.bilchaataa fi hubataadha.
@kebededebela2176
@kebededebela2176 19 дней назад
Waaqayyo Si haa eebbisu waan guddaan baradhe Ulfaadhaa warra Obboroo media
@GadiseHambisa-xl9wk
@GadiseHambisa-xl9wk 27 дней назад
Maaloo maluma hasa'a jira malasen 😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁
@SolutionLightMediaSLM
@SolutionLightMediaSLM 2 дня назад
Gurrake irra teessemo hin dhagessu
@TeferiTulu-vx5lq
@TeferiTulu-vx5lq 26 дней назад
mallasee waaqayyomsihaa eebbisu dhugaadha atio hayyuudha. jabaadhu waaqayyo kana caalatti sammuukee ha banu.
@takaludabalaa8968
@takaludabalaa8968 21 день назад
Ebiifamaa Ebiifamaa ijoollee gooftaa hundumaa keessanif ❤❤❤
@MesayChucheTube
@MesayChucheTube 27 дней назад
Waan bayeetu irraa baratamaa. Ati nama jabaadha nuf buli
@LelisaAsmara-fb8rg
@LelisaAsmara-fb8rg 27 дней назад
Hubataan waan dubbatu beeka! Jabaadhu!! Of ta'uun cubbuu miti.
@HEAVEN77683
@HEAVEN77683 27 дней назад
😅😅😅😅😂😂 Anaan haasaankee hedduu na kofalchiise Maaliifuu duraanuu hedduun si dinqisiifadha ammas baayyee natti tolteetta jabaadhu!
@LelisaMatewos
@LelisaMatewos 27 дней назад
Wawoo Amazing Ebbifaami Maalleekoo
@user-ig9hw2uh8y
@user-ig9hw2uh8y 26 дней назад
Wow wow malee jabadhuu Atii Wan Farsiituu benaan nama Wan gelchee in qabuu hawcanii Warii wacan JABADHU Atii Malee hadho koo ebbifamii ❤❤❤❤❤
@user-tw6ks6fp8e
@user-tw6ks6fp8e 27 дней назад
Baga nuuf jiraattee....atii hojii gaarii hojjechuukeetti cimii...sin jaalladha.❤❤❤❤❤ oduu namaa hin dhagaiin
@AbbaBeeka-u4q
@AbbaBeeka-u4q 27 дней назад
Atii jaabadha dhugaa jiraadhuu ❤
@user-vv5ks7il4o
@user-vv5ks7il4o 25 дней назад
Jabaako itti fufi imalakee siif galteetti dubbiin❤❤❤❤❤
@wabigirma
@wabigirma 26 дней назад
Baayees kolfeera garuu hundaafu waaqni si faana haa ta,u na ajaa,ibda garuu
@Maal-zv2ho
@Maal-zv2ho 27 дней назад
Amazing interview
@muletahirko6796
@muletahirko6796 27 дней назад
Deebii an sirra Eegaa ture hundaayyuu deebiiftee jirta,Malliikoo Eebbifami
@user-pr4rr1uo6v
@user-pr4rr1uo6v 26 дней назад
it is a wonderful word to learn from! Blessed🙋
@user-zu7dx2mr7m
@user-zu7dx2mr7m 26 дней назад
ebbifami malee koo🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏
@SolutionLightMediaSLM
@SolutionLightMediaSLM 2 дня назад
Ani mallasen barechen behka nama naanno tokkoti jabaadhu malleko sin jaalladha
@ilmaanoromiyaabaloo4239
@ilmaanoromiyaabaloo4239 23 дня назад
Dhugaa Malleen nama jabaadha! Qaxalee ilaalcha Fattee Waxale!! Itti fufii deemi karaatu si dura jira! Rasaasa Abbaakeetii !! Baay'ee si jaalanna Dachaa Eebbifami!! Sanyii Gootaa❤❤❤
@user-tw6ks6fp8e
@user-tw6ks6fp8e 27 дней назад
Atii eebbifamii...namni hunduu dhugaa jiruu sirraa bareeraa❤❤❤❤❤
@temesgenalemayehuofficialt244
@temesgenalemayehuofficialt244 25 дней назад
Faarfataa Mallase ebbiifamii hamman dur si hubadhe caalatti af gaaffii ke kana irraa heddu si hubadheera ,waan gudda tokko si keessatti argeera jabaadhu calmaatti gara waaqayyooti butadhu siin jechuun fedha galatoomi.
@MediaKarrasaaqii
@MediaKarrasaaqii 25 дней назад
Ilaalcha fattee vs ilaalcha joobiraa....kolfeeras baradheeras. Galatoomaa!
@simonyohannes1542
@simonyohannes1542 27 дней назад
❤ Malase
@laboobaamedia
@laboobaamedia 27 дней назад
Uuuuufffff qaxaleeko jabadhuu maleeko❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
@Senamosisa8956
@Senamosisa8956 27 дней назад
Wow,malle murtoon kee sirriidha jabaadhu
@ebsaofficialtubes3301
@ebsaofficialtubes3301 27 дней назад
Mallee Ilmoo dhiiraa itti fufi baakki
@derejerajiofficial
@derejerajiofficial 27 дней назад
Eebbifami Mallee koo jabaa keenya❤❤❤❤❤❤
@NiftalemTizazu
@NiftalemTizazu 26 дней назад
Wow malleeko nu jiraadhu ati ogeessa keenya dhugaa ❤❤❤❤❤
@tayetesemaofficialyoutube4737
@tayetesemaofficialyoutube4737 26 дней назад
Dhugaa wahaan Bayyee Nuu Hubachiftee Malee koo jiradhuu dhugaa
@gallanigallani6065
@gallanigallani6065 22 дня назад
Nafigalee
@HawiZewude
@HawiZewude 27 дней назад
Itti Cabsi Malleko jabdu dhiiraa
@abdiimuuziqaaofficial7835
@abdiimuuziqaaofficial7835 19 дней назад
Confidence kee kanan jalladhaa❤ Mallee👏
@bedassagetachew523
@bedassagetachew523 26 дней назад
Isa cimsitee amanatte sana ammayyuu itti fufii faarfadhubboo ati. Si jaallanna komattoota hin dhagahiin! Faarfannoonni kee hundumtuu hedduu natti tolu waaqayyo si haa eebbisu!
@iyesusabdiijiraatadhaa1384
@iyesusabdiijiraatadhaa1384 23 дня назад
Wa'ee mukamo wa'ee Yesustu farfatama mal ta'ee mucan
@GeremaKetema
@GeremaKetema 26 дней назад
Wow what a peresentation! malleeko eebbifami❤❤❤
@yadetantamirugirma5435
@yadetantamirugirma5435 27 дней назад
Mallase Naman baay'ee kabajuufi jalladhu keessa tokko galatooma.
@EbaM-t1l
@EbaM-t1l 21 день назад
Baay'ee sii jallaanaa malee
@DaniDereje-hh3gq
@DaniDereje-hh3gq 25 дней назад
Dhugaa dubbachuuf waa'een kee warra ilaalcha Fattee😅 qabanitti gaaffii cimaa Ture . Garuu amma deebisteetta 10Q🎉
@DameSolomon
@DameSolomon 26 дней назад
Nuuf jiraadhu melese koo si jaallanna❤❤
@olanawakwaya5341
@olanawakwaya5341 27 дней назад
Jabaadhu.Namni hin amanamuu.
@iyesusabdiijiraatadhaa1384
@iyesusabdiijiraatadhaa1384 20 дней назад
Shem . Wanta sirreeffatuu Baay'ee qabdaa . Dhugaa atii gowwadha hasa'akee baay'ee shemi nama qabsisaa ! Akkam akkam isa godha Atii Taragagii hasa'ii Malif masnta safuudhaboo Farfannakee . Tokko tokko kan hafuran hojetames jira kan ati foonirraa of dhibdee hojetes jiraa Of sireessii Yeroo waaqayyoo biraa sif kenamu farfadhuu Miirraakeetin itti hin Rakkatin...
@DiribaOljira
@DiribaOljira 27 дней назад
Nuuf jiraadhu jabaa keenyaa
@NaatiiNaatii-jf6zo
@NaatiiNaatii-jf6zo 26 дней назад
Yaada gaaridha
@takeleamanuoficial8911
@takeleamanuoficial8911 19 дней назад
Faarfannaa keessa Fannoo hin barbaadiin! isa fannifame malee
@user-lg9ih8ow9s
@user-lg9ih8ow9s 27 дней назад
akmi ta malli
@MegersaTekale
@MegersaTekale 27 дней назад
Jabaadhu
@eshefu
@eshefu 19 дней назад
Galatoomi dhiirro
@Biqilagaroma
@Biqilagaroma 27 дней назад
😂😂😂😅
@mitikumiresa3893
@mitikumiresa3893 27 дней назад
😂😂😂😂😂
@jirotube6411
@jirotube6411 26 дней назад
J jootee 🤣🥰
@GaDi-k3y
@GaDi-k3y 27 дней назад
Dhaloota ijaa rachaa qabutu nun taphate jettee dhugaake jette
@DiribaOljira
@DiribaOljira 26 дней назад
Ati hayyuudham
@user-ey5to7cb6t
@user-ey5to7cb6t 24 дня назад
❤❤❤
@Luban_s
@Luban_s 25 дней назад
❤❤❤❤❤
@gutemaadeba
@gutemaadeba 27 дней назад
Safuu isaa baga!
@amiiministry480
@amiiministry480 27 дней назад
😂 Dhugaamatti waan sirreeffachuu qabullee akka hin qabnetti yeroo dubbattu nama gaddisiisa.
@FiraolDunfa
@FiraolDunfa 27 дней назад
💪💪💪💪💪💪💪💪
@QaroTesfae
@QaroTesfae 27 дней назад
Mataa dhiiraa
@eshefu
@eshefu 19 дней назад
Baga itti cabsitee nama ko
@elviemillares9267
@elviemillares9267 26 дней назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@ashrafmajali7422
@ashrafmajali7422 26 дней назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Dase3Jesus
@Dase3Jesus 27 дней назад
Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkk wayi mallee
@TarikuBulcha
@TarikuBulcha 22 дня назад
LEENCADHIIRAAKKASIELAA
@bachamulatu9617
@bachamulatu9617 14 дней назад
OOOOFUUU😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@QanoAdam
@QanoAdam 27 дней назад
Qaxalee koo jagna dhiira si jallanna
@nimonamesgebu
@nimonamesgebu 27 дней назад
Fakkiin fannoo kee illee bareedaa ta'eetu, fannoo gadi garagalaa nu duraa ta'a malee😢😢😢😢
@mergaetefaofficial9943
@mergaetefaofficial9943 26 дней назад
mallasee faarfataa qofa miti hayyuudhas dhugaa waaqayyo bara isaa ha eebbisu
@ararsamulisaofficial
@ararsamulisaofficial 27 дней назад
Melese Ergaan Si keessa Jiru Baayee Natti Tola!
@furiitube
@furiitube 27 дней назад
maanni sagaleen quality 0dhaam😢
@muletahirko6796
@muletahirko6796 25 дней назад
Eebbifami Mallee jabadhuu si jaallanna❤❤
@GalooKD
@GalooKD 27 дней назад
❤❤❤
@user-jc2wb9dj8l
@user-jc2wb9dj8l 16 дней назад
❤❤❤❤❤
Далее
BONTU GETACHEW : YESUUSIN MALEE
7:01
Просмотров 37 тыс.
Smart Sigma Kid #funny #sigma #memes
00:26
Просмотров 9 млн
EENYUNNI? | NEW OROMO COMEDY | GAREE AARTII OROMOOYI |
20:26
MALAWI COURT.... TAMVANI IZI ABALE 🤔
20:45
Просмотров 51 тыс.
Abbaaf Haadhakoo sababa qabsoonin Dhabe!!!
58:46
Просмотров 24 тыс.