Тёмный

AMAN NYAFARO-Qaanqee Baalee 

Beker MAMA BATI በከር ማማ ባቲ
Подписаться 1,4 тыс.
Просмотров 51 тыс.
50% 1

Опубликовано:

 

20 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 48   
@abbaashumbeeyaaaminyaalij2536
@abbaashumbeeyaaaminyaalij2536 5 лет назад
Aman nyafroo malumaa sif tahaa Leencaa kiyyaa❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ rabbiin umrii sii haa dheressuu ammas
@abdullihuseen9225
@abdullihuseen9225 4 года назад
Jiradhuu umurii dheeraa ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️waanumaa jedhee sii farsuu dhabee wly
@Yad618
@Yad618 5 лет назад
Abbo rabbin umrii dheraa si ha kenno dhira dhira calttu 💪💪👊👊💪💪💪💪💪👊
@adugnabeyecha400
@adugnabeyecha400 4 года назад
Ati walaleessaa dhugaa guuqama sabaa ifatti lafa keesse ilmii haqaa siif haa dhalatu.
@mashokasem9091
@mashokasem9091 6 лет назад
Amaan nyafaroo malumaa siif ta.uu gotaa Haatii dettee wanumaa siin haa jedhuu rabbii akkumaa sagalee fi bekumsaa sii kennee kanaa umrii nuuf dheradhuu sanyii koo imaanaa waliin gootaa kenyaa 👍👍👍👍👍❤💘💋👄💋💘
@امينهعيس
@امينهعيس 6 лет назад
maaaaaashaa Allah maaaaaashaa Allah maaaaaashaa Allah maaaaaashaa Allah maaaaaashaa Allah maaaaaashaa Allah maaaaaashaa Allah maaaaaashaa Allah maaaaaashaa Allah
@امينهعيس
@امينهعيس 6 лет назад
Masho Kasem 💪💪💪💪💪💪❤❤❤❤❤❤❤
@sadamhussain7193
@sadamhussain7193 6 лет назад
Masho Kasem dhugaa jettee
@KadijaHassen-pj6vv
@KadijaHassen-pj6vv Год назад
Jiradhuu wani uufii❤❤❤
@madinamadin117
@madinamadin117 4 года назад
masha Allah masha Allah masha Allah masha Allah Tabarakallah RABBIIN Umrii sii haa dheresu leenca keenyaa Qalii nama Rabbiil Aalamiin Hamtu siraa haa qabu ❤💖❤💙💕💙❤💖💙❤💖❤💙💙💖❤💙💙💖💙💙❤💙❤💙❤💙❤💙💙💖❤💙❤💖💙👍👍💕💕💕💕💖❤💙❤💖💙❤💙💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪sanyii keenyaa gufun sii hin tiqin tolitun sii hin darbin goota keenyaa ❤❤💙❤💙❤❤❤❤
@rehimahusseeni383
@rehimahusseeni383 5 лет назад
Waaleeykum saallaam waarahmatullaahii waabaaraakaatuu Subaahaanaa Allaah Allaahu Akubaar waallaahii biillaahii dhugaa keesaan Seenaan gootootaa keenyee nii yaadaataammaa nuf ifaataataan nuf dukaatii gaallaan igaaisaa loollaasaan llaafeeufii ccaacaasaan nuf biiliisuummaa qeeroo OOdoo Ariigaan. Rabbiin jaazaaisaan Rabbiin jaanaataa fiiriidoosii haabaadhaasuu Jzkll
@bekermamabati
@bekermamabati 5 лет назад
Rahema Alenezi Galatoomi
@hayatiibintimuhammad9813
@hayatiibintimuhammad9813 6 лет назад
Wayii goota nuuf jiradhuu hamatuu sii argiin keeyirii sii hin darbiin
@najetfiker4226
@najetfiker4226 3 года назад
Umurii dherituu siif hawee
@suufiyaanmammaa1174
@suufiyaanmammaa1174 5 лет назад
Heduu si jalaadhaa rabiin umrii kee nuuf haa dhersuu jazaa kumuulaa keyraan akasumaa ilmoo si caltuu tan sabaaf yaduu siraa habasuu galatomii
@faaxeabubak9298
@faaxeabubak9298 6 лет назад
Mashaa Alla mashaa Alla mashaa Alla mashaa Alla mashaa Alla mashaa Alla Tabarakaallaa 💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓
@husenaloo9167
@husenaloo9167 6 лет назад
Abbo waan jenee sii ebiifnu hin qaabnu akka namni sii jaalatu kanaati Raabbin sii haa jalaatu umriin kees nuf haa dheraatu nuf jiraadhuu
@abusumayyaa7445
@abusumayyaa7445 6 лет назад
Afaan kee dayma haa muxatu Qalamnii kee haa mirguu yeroo hundaa Harki kee barreessu hin ifatin gootatu goota umrii dheeradhu nuuf jiraadhu
@mudasirababulegeletu2785
@mudasirababulegeletu2785 5 лет назад
Umrii dheeradhu
@abdallamohammed1981
@abdallamohammed1981 5 лет назад
jiradhuu habibii kiyaa umri dheraa
@sadamhussain7193
@sadamhussain7193 6 лет назад
Lakkoofsakee naa ergi amaan nyafaroo
@muhammadkadir3325
@muhammadkadir3325 4 года назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤✅✅✅✅✅
@binttiisilamarsiiihadabba8316
@binttiisilamarsiiihadabba8316 5 лет назад
Jiradhu leenca sanyii gotta umrii kee Haa dheereessuu rabbii olii ta'ee
@muktaraman4866
@muktaraman4866 4 года назад
yaa jaltamafi kabajamaa
@guyeguduro-t2j
@guyeguduro-t2j 7 месяцев назад
Amaan Maqaan kee Amaan osoo hin taane Ibsaadha!!!!
@michuuarsiiwaraadhaqaboo9702
@michuuarsiiwaraadhaqaboo9702 5 лет назад
💪💪💪💪💪💪💪nu jiradhuu lubuu uphuuu lubbu
@muniraademjema3672
@muniraademjema3672 5 лет назад
Wowwwww
@SuyfiyanHassen
@SuyfiyanHassen 8 месяцев назад
❤❤❤❤❤
@Teha-uw3li
@Teha-uw3li 6 лет назад
jedhi abboo amallee bagaa itti himtee
@arsiilixaa5545
@arsiilixaa5545 4 года назад
Tahushii
@sudanabdullah5565
@sudanabdullah5565 5 лет назад
Hayyuu oromoo
@sablemi5987
@sablemi5987 4 года назад
😭😭😭😭😢😢❤️❤️👌👌
@SeyfuUsman-cj8cf
@SeyfuUsman-cj8cf 2 месяца назад
❤❤❤
@mowsy5298
@mowsy5298 5 лет назад
❤️❤️❤️
@hayatiibintimuhammad9813
@hayatiibintimuhammad9813 6 лет назад
♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥
@eelabultum4165
@eelabultum4165 5 лет назад
Ay walaloo kana
@oromia7581
@oromia7581 6 лет назад
jiraadhuu umirii dheeradhuu saanyii leencaa ☆☆☆☆☆☆ ☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆ 💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙 💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙💙👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
@kadiirwoshee4170
@kadiirwoshee4170 6 лет назад
oromiyaa biyyaa gootota maadda haayyota .
@geletat.mohammed6822
@geletat.mohammed6822 5 лет назад
keep it up !
@makiyamakiya9761
@makiyamakiya9761 5 лет назад
Maashaa allhaa rabbiin umrii siihaadhersuu sanyii kotaa 💞💞💞💞💞💞💞💞💞uuuiffffffff baalee tiyaa
@uaeapp707
@uaeapp707 5 лет назад
☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️👈👈👈👈👈
@sulemanbadhaso3855
@sulemanbadhaso3855 4 года назад
Hedduu siin boonnee jirra amaan ati goota seenaa hayyootaa
@saabanboon6555
@saabanboon6555 Год назад
Ani'm.husseen.faqoo.jedhama.a.s.w.bakarakkamnagaqabdabagajiratee.abbaakeewalumandhabnerabiinsabriisihakennu.fayyata'i.n.g...shalloo
@Abdiikessim
@Abdiikessim Месяц назад
❤❤
Далее
Soninaf Adem Wal malee hin qabnu _2020
4:38
Просмотров 132 тыс.
How to Install and Use an Adjustable TV Arm
00:18
Просмотров 1,1 млн
Umar Suleeyman - Roorroo Na Baase Biyyaa (Oromo Music)
5:25
Artist Umar Suleeyman OBN Amajjii 05, 2011
14:53
Просмотров 218 тыс.
Qilxuu Caakkisoo: Mareekoo Yaasaa ** 2018 Oromo Music
7:44
Hayyuu  Seenaa - Obbo Alamaayyoo Hayiluu
1:16:49
Просмотров 2,7 тыс.
Aster Aweke - Fikir (Full Album)
1:19:07
Просмотров 1,1 млн
Yeroo Jaalalaa fi muxannoo jiruu
37:36
Просмотров 88 тыс.
Aadaa kottuu dhufee godina Arsii
16:46
Просмотров 17 тыс.
Amaan Nyafaroo( Onnee ijoollee Baalee)
28:30
Просмотров 21 тыс.