Тёмный
No video :(

Anaaf Du'a Gidduutti taaakkuun tokko hafen du'a oole! 

Qaanqee Show
Подписаться 343 тыс.
Просмотров 25 тыс.
50% 1

Join this channel to get access to perks:
/ @qaanqeeshow
Ethiopian and Oromo late night show music and entertainment.
#HabtamuLamu #Oromomusic #Oromonews #Gingilchaa #Qaanqeeshow #Oromocomedy

Опубликовано:

 

5 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 148   
@teshomegezahegn1069
@teshomegezahegn1069 Месяц назад
ሸጌ ቡርቱካነቶ የምትለው ዘፈንህ ሁሌም በጆሮዬ ላይ ታቃጭላለች ። በዚህ በሚያምር ድምፅህ ለጌታ በመዘመርህ ክብሩ ለእግዚአብሔር ይሁን ።
@teshomegezahegn1069
@teshomegezahegn1069 Месяц назад
አቤ እውነት ብለሐል በዚያን ዘመን እኛ ከገጠር እንደመጣን አዲስ አበባ ውስጥ የኮሌጅ ልጆች እርስ በእርሳችን ኦሮምኛ ሥንነጋገር ሰዎች ዞረው ይመለከቱን ነበር ። ዛሬ በኢትዮጵያ ውስጥ ሁሉም በቋንቋው ሲነጋገር እንደው በዋዛ አይደለም እዚህ የተደረሰው ። እግዚአብሔር አምላክ ኢትዮጵያንና ህዝቧን አብዝቶ ይባርክ ።
@eliyastesfaye868
@eliyastesfaye868 Месяц назад
Baga waaqayyoo jaalala ilma isa Gooftaa keenyaa YESUUS KIRISTOSIN simo'ate kansa sigodhate.
@senakumsa3120
@senakumsa3120 Месяц назад
Iyesuus karaadha, jireenya, dhugaadha. Isa malee daandiin fayinaa hin jiru.
@teshomegezahegn1069
@teshomegezahegn1069 Месяц назад
አይ አቤ እንኳን በዚህ ሁኔታ ጌታን አግኝተህ አየውህ ። አስታውሳለው በ80 ንያዎቹ ውስጥ ሚሊሊክ ትምህርት ቤት ፥ሜክሲኮ ተግባረ ዕድ ፥ ሀዊ ሆቴል ከነኡመር ሱሌይማን፥ነብሱ በሰላም ትረፍና ዘርይሁን ወዳጆ ፥ዳዊቴ መኮንን ኤቢሳ አዱኛ ጋር አብረን ጨፍረን ነበር ። ዛሬ ሁላችንንም ጌታ ረድቶን አለን በህይወት ።
@oliyadsori1835
@oliyadsori1835 Месяц назад
Gola du'aatii bahuun carroomuudha! Praise Lord!
@user-bi9xz4nm7l
@user-bi9xz4nm7l Месяц назад
He is one of my favorite Oromo musicians. Beg nufjerate Abebe Abishu. Baayee Geletomee Habtamu.
@bantitakale6397
@bantitakale6397 Месяц назад
obboo habtamu guyyaa siribituu dhufuu in sirba akkasumas guyyaan farfattan dhufuu immoo in farfatta. obboleessoo qooda tokko keessa wanti lama hin burquu
@abdulliitube8887
@abdulliitube8887 Месяц назад
❤❤❤❤❤wwwwww habtee baayyee jaaladha nama kana sirba isaa quufuu dadhabe haga arraa galatoomi Aaddee Adaanech Abeebee nuuf dhiheessi maaloo itti fufi. Show Kee jaalanneerra
@KalebAsegedom-km2pc
@KalebAsegedom-km2pc Месяц назад
The best man
@hamza-qt3zi
@hamza-qt3zi Месяц назад
Wallaggaa taraa yaadataa qexamaa taraa raayyaafaa wajjin waawuuuu
@YikirbelinaYiki
@YikirbelinaYiki Месяц назад
sirba kee Isa "Dammeekoo Daabe. . . jedhu San Ijoollummaa Kootti Yeroon dhagahu Ture Nan Boo'a Sababni Isaas 1Ffaa👉 Yeedaloon Isaa Baay'ee kan Nama Booji'iudha 2Ffaa👉 Sagaleen Kee Sagalee Uumamaa Ajaa'ibaa Waan Ta'eefi Kanaaf Yeroo Hundumaa Yaa Gooftaa Namtichi Kun maal Qaba Garara Keetti Dhufee Siif Yoo Faarfateen hawwiikoo Cimaa Ture Dhugaa Waaqayyooti 😢😢😢😢 Amma Yeroon Jireenyakee Miilanaa Argu Waaqayyoon Galateeffadheera🙏🙏🙏 Baay'een Si Jaaladha❤❤❤❤❤❤ Atis Guddaa Galatoomi Habtish nama Kana Affeeruu Keetti Ulfaadhu🙏🙏🙏👌
@danieltsolomon7799
@danieltsolomon7799 Месяц назад
Isini haa eebbisu Abbee fi Habtee
@NegasaTolesaNT
@NegasaTolesaNT Месяц назад
Abebe Abbishuu legend wallee Oromooti. He's worked a timeless masterpieces. Thank you for your contributions! Jireenya haaraattis milkaa'i!
@user-qd1ik4gu8b
@user-qd1ik4gu8b Месяц назад
Ameeen ameen waqayoo sii haa eebbisuu eebbifami ayana dacha siif haa baayisu
@firaolobsa4078
@firaolobsa4078 Месяц назад
Namni waaqayyoo akkana bareedaa ammas ayyanni Isaa sif haa dabalamuu❤❤❤
@boonaoromiya
@boonaoromiya Месяц назад
Qaanqe show galatoomi naman baaye jaalladhu naaf dhiheesu keetiif galatoomi dhugaa dubbachuuf lubbudhan jiraachuu isaayu hinbeeku ture an ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@kitilayadessa8872
@kitilayadessa8872 Месяц назад
King of Music,baga jiraatte! Amma iyyuu muuziqaadhuma keen amma iyyuu gammadaan oola ani
@Olyaadaatube
@Olyaadaatube Месяц назад
Wow! Ayyaanni Waaqayyoo isiniif haa baayyatu.
@debelabikila1192
@debelabikila1192 Месяц назад
Radical change! Habtamu, follow him
@marsanadam4622
@marsanadam4622 Месяц назад
I Proud of you guys, Qeerroo ganaama!
@martuusimalee3243
@martuusimalee3243 27 дней назад
Ay Ababaa Abashuu mootii muusiqaa oromoo Habaaboo Goree gubabaa Shaggee sutumee Yaadakee nagugubaa dafii koottumee....😢 Eenyu akka keetti sirbaa danda'aa,king of lyrics no body for me
@bikilaketema9855
@bikilaketema9855 Месяц назад
Gooftaan inni si booji'e maqaansaa haa eebbifamu!
@namomsaderessabalessa
@namomsaderessabalessa Месяц назад
artist aabbitoo Kbbadaa (paaster Aabbitoo kabbadaa nuuf affeeri)
@mebrukabera3321
@mebrukabera3321 Месяц назад
ጋዜጠኛውም አጠያየቁ ትክክል አይደለም ገና የዘፈኑ ጉዳይ ሳይጨርስ ወደ መዝሙር ሮጦ መግባት ምን እንደሆነ አልገባኝም ምርጥ ምርጥ ዘፈኑ አኮ የሱ አይደለም እውነቱን ለምን አይናገርም
@hamza-qt3zi
@hamza-qt3zi Месяц назад
Mana muziqaa abbaa gadaa walaahii ababbaan arras yo dhufee jagnaa hunddiyyu hinbeekuun
@nebiyougessese
@nebiyougessese Месяц назад
Bagaa kan Goftaa Yasuus taatee. Hojiinkee hundinu namaa gamachiisaa. Bless you two guys.
@bakrijemal570
@bakrijemal570 Месяц назад
Habtaamuu weellisaa Abdishuu ammahaa bakka inni jiru nuuf barbaadi fidimee
@gizuubiyaa-ig9ig
@gizuubiyaa-ig9ig Месяц назад
Wow Waaqayyoo seenaa jijiraaa Waaqayyoo bara keessan haa Eebbisuuu❤❤❤
@EfremFayisa
@EfremFayisa Месяц назад
Maalo bilbila abba koo baay'en barbaada❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@abrahamali7259
@abrahamali7259 Месяц назад
Beautiful voice I wish keep singing. many thanks for your contribution to Oromo cause ❤
@feyissalemessa5180
@feyissalemessa5180 Месяц назад
Abbee, aboo waaqayyo si haa eebbisu dabalee daddabalee
@user-yk5rw6rs9x
@user-yk5rw6rs9x Месяц назад
Wow nama waaqayyoo farfannaa isaatiin ebbiffameera ebbifami ❤❤❤❤
@musedegefe5906
@musedegefe5906 Месяц назад
Voice production through neuromotor coordination of all muscles involved in phonation was amazing! Umurii dheeraa siif hawwaa! Jiraadhuu..........
@Zarato-w9t
@Zarato-w9t Месяц назад
🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤ Maqan waqayo haa ulfaatu 😊😊😊
@wayessaolkaba249
@wayessaolkaba249 Месяц назад
Kan nabaasu sifoo'adhera ani! Galatoomaa Abebe and Habte!
@kumamulessa6440
@kumamulessa6440 Месяц назад
Hello abtishi abush ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 mn irra
@kumamulessa6440
@kumamulessa6440 Месяц назад
Wow after long time at minneapolis 🎉🎉🎉🎉❤❤❤
@desalegnmerga-ru9hs
@desalegnmerga-ru9hs Месяц назад
Waaqayyo Bara baraan jireenya keessan haa eebbisu!
@user-od2vs3of1y
@user-od2vs3of1y Месяц назад
Haftaamu Qaxalee👍 Nan gammaada Waaee Abbaba Abbashuu
@TuristShibiru
@TuristShibiru Месяц назад
Waa'e sirbbichaa dhisaa maaloo.
@QaroAbeya-z9d
@QaroAbeya-z9d Месяц назад
Naman baay'ee jaalladhuuf,dinqisiifadhu #Abbeeko nuuf jiraadhu.Habtee ko atis galatoomi!🙏
@tadeleelsaipaulos4598
@tadeleelsaipaulos4598 Месяц назад
I am happy to see our hero and classic artist Abebe Abashu. Long life!
@DaveSami-pn4um
@DaveSami-pn4um Месяц назад
Eeebbifami Abbe Habtamuu Lamuuu atis galata qabda
@ahmedaliyi1330
@ahmedaliyi1330 Месяц назад
Akkuma sirbaa bareeda sagaleen
@AbdieT
@AbdieT Месяц назад
Galatoomi Abbabaa koo
@user-um3fy8tl4x
@user-um3fy8tl4x Месяц назад
Wow ebifamaa ❤❤❤❤
@user-yb3ub8bq1e
@user-yb3ub8bq1e Месяц назад
Ebbifama Dhugaa waqayoo isin haa eebbisu
@ShibiruBacha
@ShibiruBacha Месяц назад
Woowo Song write Solomon Adunya Essa jirta sol Farfannan ke OBN irrati darba jira
@TesfayeAlemayehu-bm9mo
@TesfayeAlemayehu-bm9mo Месяц назад
HABTEE DHUGAA ANI BAAYYEEN SI JAALADHAAM .
@tarikutemesgen8771
@tarikutemesgen8771 Месяц назад
Abbabaa Baga fayite jabadhu. hanga dhumatti dhaabbadhu.
@bachakebede8553
@bachakebede8553 Месяц назад
wow habte galatoomi namaa waaqayyoo seenaa isaa jijjiree fakkeenya namaa baay'eef ta'uu nuf dhiyeessitef. Abebe Abbishuu waaqayyoo si gargaare ammas ayaanaa dachaa sif haa dabaluu.
@bijebibe3548
@bijebibe3548 Месяц назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤abbuyyeeeeeeee....sijaallannaaa jech.tu nutt hirrataa 😢
@JamilaJamila-uo1lb
@JamilaJamila-uo1lb Месяц назад
Uffffff waaqayyo isin haa eebbisu❤❤
@bijebibe3548
@bijebibe3548 Месяц назад
Dur yommuun sagalee Akka aannanii sirraa dhagaa turee sagalee kkee kana faarsaaf hawwaan turee 😅❤❤❤❤❤
@user-pq5os3nt2t
@user-pq5os3nt2t Месяц назад
qaanqee shiw galatoomi namoota qalbbii namoota keessa jiran sirriitti beeytta
@user-pv6ft9oj8z
@user-pv6ft9oj8z Месяц назад
Maaloo baayye natti tole dhuga. Qanqe show nama jabaa nuufidde. Ebbifami
@tilahunbizu23
@tilahunbizu23 Месяц назад
Abbee waaqayyoo daddabalee sii haa ebbisu. Ayyanni kristoos Iyeesuus ammas siif haa baay'tu. Jireenyi barabaraa Iyeesuus kristoos qofa. Kottaa gara isaa, du'a jala ba'a
@GeremaKetema
@GeremaKetema Месяц назад
''Digirii 180 n naanna'e'' baga gara gooftaa isa si jaallatuu dhufte Galatoomaa❤
@muletagelalcha765
@muletagelalcha765 Месяц назад
Habtee baay'ee natti toltan dhugaa
@EfremFayisa
@EfremFayisa Месяц назад
Abbe ko my love you animosity seena ko akkamittan sitti himachal bilblbiluma ke Eessaan Argadhaga
@iyasu_birhanu_gichille
@iyasu_birhanu_gichille Месяц назад
Eebbifaa Ijoollee Waaqayyoo baga taatani
@jamaalbiyya2023
@jamaalbiyya2023 12 дней назад
Namaa ani wanssaa hubbachuf yaroo bayyee hawwaa turef hedduun gammade dhugaa galatomii hafttee
@FedasaMusic
@FedasaMusic Месяц назад
Eebbifamaa ❤❤❤
@tamirathaile777
@tamirathaile777 Месяц назад
Ufffff..... Yaa waan keenyaa!!!😔😔😔
@misganaadugna5472
@misganaadugna5472 Месяц назад
Galatoomi Habtee !! Qaxalee keenyaa, hedduu media bokkuu nu bohaarsaa ,seenaa dhaloota barsiisaas waan jiruuf ulfaadhu. Far. Abbee baga jiraatte.
@DarartuTebasaD
@DarartuTebasaD 24 дня назад
Ameen ebbifama 🎉🎉
@musedegefe5906
@musedegefe5906 Месяц назад
Thank you, Habtish!
@urgessasoressa
@urgessasoressa Месяц назад
Nama Waaqayyoo ta'uun waan baay'eef nama fayyada, Jireenya har'aafis booriifis abdiin isa keessa jira. Baga jiraattee, ammayyu jiraadhu!!!
@abdifeyissa1415
@abdifeyissa1415 Месяц назад
Abbee ❤❤❤❤ irraa jaallaatamaa namaa! Long life
@sitotawberhanu4279
@sitotawberhanu4279 Месяц назад
Artist Ababaa Abishuu goototaa keenya keessaa isa tokko. Jaalatomoo keenyaa baga nuuf jiraattee maatii horatee. Waqayoo isiniin haa eebbisuu.
@user-jd9vf5tt7x
@user-jd9vf5tt7x Месяц назад
Ebbifaama dhugaa
@FaaruuWaltaaneet
@FaaruuWaltaaneet Месяц назад
Waaqayyoo keenya dhugumayyuu Waaqayyoodha. Kan akkas ol waaqa irra gad lafa irra hin jiru Maaloo abbee koo Jaalalli kiristoos keessaa koo guubeetu Iyyi nan jedhaa Iyyees hin qufu isa jedhu Remix nuuf godhimee Uuffeeee sagaleekeef simboo sirra jiruuf
@HunduuWaaqaan
@HunduuWaaqaan Месяц назад
Seenaan ture kan nama onnachiisuu dha.Fayyinni ILMA WAAQAA IYYASUUSIIN,ISIN argate Na haa argatu.
@DerjeBekele
@DerjeBekele Месяц назад
Weeluun kee hangaa ardhaatii anaaf addaa
@user-sb8lf3ei2u
@user-sb8lf3ei2u Месяц назад
ameen ameeen eebifamaa lamman keessan iyyuu
@johnkemu4837
@johnkemu4837 Месяц назад
Nama ani bayyee bayyee onnee Koo irraa jaaladhu he is King's of guitar really.
@EfremFayisa
@EfremFayisa Месяц назад
Naalo bilbila abba koo baay'en barbaada❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@ethiovoice8495
@ethiovoice8495 Месяц назад
My old friend Abebe Abashu. Bagaa jirate.
@faayoofaayee2657
@faayoofaayee2657 Месяц назад
Amma Aabbitoo Kabbadaa Fufaa nuuf fidi!
@muahedkader-eo4qn
@muahedkader-eo4qn Месяц назад
የብልግና ፓርት ዎንጌሎች
@Urjiilee-Samiidhaa
@Urjiilee-Samiidhaa Месяц назад
Viva! Beautiful show 👍✅
@Dadhii-c8m
@Dadhii-c8m Месяц назад
Ameeeen
@user-vi3hv4vz2l
@user-vi3hv4vz2l Месяц назад
Wawooo nuuf ebbiffamaa
@abdiitoubi
@abdiitoubi Месяц назад
Ababaa Abiishu nama akkan jaaladhu waleen isaa natii toluu dhugaa rabbii
@bedasakabeta355
@bedasakabeta355 Месяц назад
ARTISTI ABBABAA SIIN JEDHA NAMNI!!
@burkag1763
@burkag1763 Месяц назад
Abbee Baay'ee Si jaallanna ❤ Faarfannaa dhaan si eegna❤
@ahmedaliyi1330
@ahmedaliyi1330 Месяц назад
Wayi sagalee ❤❤❤❤❤❤
@kedirahmed8929
@kedirahmed8929 Месяц назад
Abbabaa Abbishuu
@user-nk8co9gt5m
@user-nk8co9gt5m Месяц назад
Wow Wow wow
@gemechufikadu1241
@gemechufikadu1241 10 дней назад
Amen
@bedasakabeta355
@bedasakabeta355 Месяц назад
BARA SANA WAYYA JETTEE ABBABAA?
@bonsaabdeta8689
@bonsaabdeta8689 Месяц назад
Inni kana godhe Yesus haa ulfaatu.Eebbifami!
@johnkemu4837
@johnkemu4837 Месяц назад
Habtish galatoomi goota koo
@abebaararsa8171
@abebaararsa8171 Месяц назад
Ulfina biyya lafaaf harka rukuttaa biyya lafaatin gonguma wal bira qabamee hin ilaalamu kan waaqayyoo Halle hallelujah hunduma akka bishaan yaa'ee darbuu isa dabarseef jaalalan jireenya bara baraatiif isa nu kaa'eef yesus kiristoosiif Galanni Guddinni uqubaan bara baraan haa ta'uu Ameen Eebbifamaa kanuma caalatti Ayyaanni Gooftaa isiniif haa bay'atu🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼
@user-to6yv2lt4z
@user-to6yv2lt4z Месяц назад
Akkaa dhiirra dubaataan Akkaa,,,,,,,,,,,,Baqaachuura Naama Haa'woshuu
@adisuengida3048
@adisuengida3048 Месяц назад
nuu jiraadhuu
@Merga-f9i
@Merga-f9i Месяц назад
Good
@fissehaabdissaa7554
@fissehaabdissaa7554 Месяц назад
Ameeeeeeeeeen
@birukhailu1082
@birukhailu1082 Месяц назад
WOW...
@user-wo1nz6li3h
@user-wo1nz6li3h Месяц назад
Baga waaqayyo karaa jireenyaa siif ibse
Далее
Nama Ajaa'ibaa! Kiliippii 200 ol hojjette!!
58:40
Просмотров 9 тыс.
Abbabaa Abashuu | Haala Ulfataa
11:23
Просмотров 60 тыс.
Abbaaf Haadhakoo sababa qabsoonin Dhabe!!!
58:46
Просмотров 26 тыс.