Тёмный

Biyyaa Arabaa keessaatti nyaanni hunduu soomii qaba nyaata sooma qabu nyaacha soomuun Dhangaa Lubbuu 

Dhangaa Lubbuu\የነፍስ ስንቅ
Подписаться 80 тыс.
Просмотров 6 тыс.
50% 1

Опубликовано:

 

16 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 99   
@user-jp3yt5bk2d
@user-jp3yt5bk2d 4 месяца назад
Waqayyoo Sagalee Jirenyaa Issa Haa dhagechuisuu❤❤❤❤❤
@AAaa-ec6qx
@AAaa-ec6qx 18 часов назад
Dhugaadha sagalee jireenya si haadha geesissu barisisaa kenyaa ebbifamaa ❤❤❤❤
@ChaltuFiorms
@ChaltuFiorms 11 дней назад
Ameen Ameen Ameen
@YohanisChafa
@YohanisChafa 14 дней назад
Amen amen amen 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲 wallumanii Baga nunii ga.e barrasiisaa
@Burte-c2v
@Burte-c2v 2 месяца назад
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen waqaayyoo sagalee jireenyaa sii yaa dhagesisuu ebbifamaa ebbifamaa waqaayyoo siin yaa ebbisuu ❤❤❤
@MistuDgfh
@MistuDgfh 5 месяцев назад
Ammeeen Ameen Ameen Ameen ❤❤❤❤❤Ameen Ameen ❤❤❤❤❤❤❤❤Ebbbiifamaa Baarsiisaa keenyaa.
@SeenaaSalaalee
@SeenaaSalaalee 5 месяцев назад
Ameen Ameen Ameen waqayyoo sagalee jirenyaa sii yaa dhagechisuu ebbifamii barsisaa kenyaa ❤❤❤😢
@sumsungsumsung2978
@sumsungsumsung2978 5 месяцев назад
Waqayyoo sagalee jirenyaa isin haa Dhagechisuu waqaayyoo barsisaa kenyaa nuu Ebifamaa Amnee Amnee Amnee
@Mamushe0Temesge
@Mamushe0Temesge 2 месяца назад
Walumaani bagaa geenyee ebifamaa sagaalee jireenyaa isin dhageessuu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤
@zenabuzenabu2195
@zenabuzenabu2195 Год назад
Ameen ameen ameen Waqaayyoo Sagalee Jirenya Siinni Yaa dhaageessiiuu Barasisaa
@Mazgabe
@Mazgabe 5 месяцев назад
Osoon. Hin.bekin.nyaadhee.garuu.wangelaa.qabadhen.jiraa.kadhachufii.sagadult.hin.dandamaa🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤
@tougibougialemito3001
@tougibougialemito3001 Год назад
Ameen Ameen ameen 🤲🤲
@RrAk-jd2zl
@RrAk-jd2zl 2 месяца назад
AmeenAmeeAmeen
@user-vj9qm5st1f
@user-vj9qm5st1f 11 месяцев назад
Baayee.gaariii..waqqayyo.sii.haa.ebisuu❤❤❤❤❤
@birquwerqina4768
@birquwerqina4768 Год назад
Amen Amen Amen
@ShimalisFekadu
@ShimalisFekadu 4 месяца назад
Waa'een mana waraanaa keessatti tsomuun hin danda'ama
@bontobontuuetopia4672
@bontobontuuetopia4672 Год назад
Waqqayoo goftaan Sagalee bara bara isin yaa dhageechissuu Barsissaa keenyaa
@Dawittii
@Dawittii 5 месяцев назад
Ebifamaa waqayyoo isni haa ebissuu
@Mazgabe
@Mazgabe 5 месяцев назад
Abbaa.koo.nagaan.waaqqaayoo.mana.fi.bakkaa.jirtaniti.isinif.yaa.baay'aatu.nyaanii.biyyaa.arabaa. hundii.soomiidha.kanaf.soomuu.hin.dandenyee.garuu.wangelaa.dubisun.hin.dandamaa.sagadu.dandenyaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@tadeluyoutube286
@tadeluyoutube286 Год назад
Eebiifamaa barsisaa keenyaa
@tsigeneshtaye717
@tsigeneshtaye717 Год назад
Ammeen Ammeen Ammeen waqayoo sagallee jirenya sin yaa dhagesisu dhugummat garu rakko dhabe malli godhuree hin bekina garu nyanni hundu tsimmi qaba barisasa😢
@aberashasegid4153
@aberashasegid4153 Год назад
Waqayyoo gooftan sagalee jireenya isin yaa dhageesisuu barsiisaa keenya
@GardiciBarada
@GardiciBarada 5 месяцев назад
Amen Amen Amen 🤲🤲🤲
@dhhfhj9818
@dhhfhj9818 5 месяцев назад
❤❤Jabaduu Leecaa oromo ❤
@kawtherkarain9346
@kawtherkarain9346 Год назад
Ameen Ameen Ameen baaga wajumaan geenye ebbifam
@ayuadunee8383
@ayuadunee8383 Год назад
Ebifamaa b/sa keenyaa 🤲
@waletemariyam2420
@waletemariyam2420 Год назад
Soomu Nii dandessii👍🏼👍🏼👍🏼
@aduae4006
@aduae4006 Год назад
Ebifamee waqayoo sii yaa ebbisuu
@TijiSida
@TijiSida Год назад
Ameen ameen ameen❤❤ ebifamaa
@genetkebe2008
@genetkebe2008 Год назад
Waqaa.siiyàa.ebbisuu.barisisaa
@masaratdaru
@masaratdaru 14 дней назад
barsiisa keenyaa biyyaa arbaa jira madamii teesisne in nyaadhu jechuun in danda'amu mal gonaa yoo dinee nun loolu barsiisa
@fanoussenbeta9256
@fanoussenbeta9256 Год назад
Uuufff
@user-xw4pp4eb5c
@user-xw4pp4eb5c 4 месяца назад
Ameen👃👃👃👃😍👃
@Sisay-dc8gx
@Sisay-dc8gx 5 месяцев назад
Biyyaa arabaa keessa nyaan somi hin qabne waan baayye'tu jiraa maaloo madami teesanin nuuf fidii jedhani ofi keessani hojetadha nyaadha phastan .ruziii ,dinicha,waaluma galaati yoo somu barbaddan atikiltiidha nyaatan somun nii dandaa'ama bee waqqaayyo isin haa gargaruuu❤❤❤❤
@sinaafendesh1334
@sinaafendesh1334 Год назад
Waaqayyoo nu haa gargaruu 🤲🤲🤲😭😭😭 abbaa keenya akka eeyyaamasaf dhifamaa isaa guddaa sanaan 🙏
@Silabadeitoosihintane
@Silabadeitoosihintane Месяц назад
Ebbifamaa jecha maali nu wayyaa amma waara biyya arbba jiru soomu hin ulfata kadhanama cimu furmata ta,e jedhe yaade barsisa keenya
@Silabadeitoosihintane
@Silabadeitoosihintane 4 месяца назад
Waqayyon kenarati Kenna sif latu waan bayye sira barane dhugaa
@ebise.rabira
@ebise.rabira 5 месяцев назад
Ameen ameen ameen ameen waqayo goftan kenya difamasa nufagodhu ani gafin qaba gafinko dubartin yero lagushi in xhomumo ni.nyatu jechiko wanta xhomi qabu oso tane wanta xhomira ada tae.san nyachu dandenya asiti nafin galee
@hawijordan6189
@hawijordan6189 Год назад
Ebbifamaa waqayyoo sin ha ebisuu barisisaa kenyaa wanitaa gafii gudaa natii ta'ee udaa debii ga'aa arigadhee soniraa sagalee jirenyaa sin haa dhagesisuu Ebbifamaa
@daroomulee
@daroomulee Год назад
Ammen
@aayyuutawiddoo8653
@aayyuutawiddoo8653 Год назад
Ameen amen amen 🙏🙏🤲🤲😥😥🥰
@hababaketama4104
@hababaketama4104 Год назад
Waaqayo saagale jirenya is it ha dhaagesisu baarisasa
@zinutube3525
@zinutube3525 Год назад
Bagaa nagaan dhuftaan Barsisaa kenyaa 🥰
@hundaadandaaaawaaqayyoon7285
#Ameen bagaa walumanuu geenyee ebifamaa barsisaa keenyaa Waaqayyoo gooftaan sagalee jireenyaa isin haa dhageessisuu eebbifama ❤️🙏
@ShewayeTujo
@ShewayeTujo 5 месяцев назад
Barsiisaa keenya waqaayoo goftaan sagalee jireenyaa sihaa dhagesiisuu Obboleeyaan Koo gaffi gafaatanis waqaayoo gaffii keessanif deebbi isiinif haa debbisuu Dhugaa gafii keessa Koo jiruu gafaatani waqaayoo isiin haa ebbisuu
@saifkhamis4932
@saifkhamis4932 Год назад
Waqayon goofta sagale jirenya isin haa dhagesisu barsisa kenyaa dhuguma dhugati ebifama 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@rosirosi-on8bu
@rosirosi-on8bu 3 месяца назад
elelelelelelelelele❤❤❤❤❤
@FanosAl-tj7ku
@FanosAl-tj7ku 2 месяца назад
Barsisaa gafiin qabaa me keessan na dubisaa
@DaseTilaye
@DaseTilaye Месяц назад
Ammen❤❤❤❤❤
@mizeritlebanon3637
@mizeritlebanon3637 Год назад
Eebifamaa barsiisaa keenyaa💕🙏💕
@abdiinkoosiiwaqaakoo1990
@abdiinkoosiiwaqaakoo1990 Год назад
Ameen Ameen Ameen waqqaayyoo sagalee jireenyaa bara bara siin haa dhagesisu barsisaa kenyaa ebbiffama
@Burte-c2v
@Burte-c2v 2 месяца назад
❤❤❤❤❤
@EteneshAlemu-po1rj
@EteneshAlemu-po1rj 5 месяцев назад
Waaqayyo sagalee Jireenyaa sin yaa dhageesisuu mootummaa isaatii sin yaadatuu manii amantaa ortodoksii shurabii naxalaa uffataa garaa garaarrati fakkii silii qulqulotaa fii fannoo maxasanii kun sirridhayii
@amaarafayisa437
@amaarafayisa437 Год назад
Nuuf jiraadhaa umurii dheeraa waaqayyoon siniif yaa kennuu galatoomaa!!!
@zainara9325
@zainara9325 Год назад
😍😍😍😍😍
@birkeebirhnuu7807
@birkeebirhnuu7807 Год назад
Ammeen3 Ammeen3 Ammeen3
@AffectionateClipperButte-zu6eb
@AffectionateClipperButte-zu6eb 6 месяцев назад
AMEEN Ameen Ameen🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲 Waqqayyoo gooftaa Sagalee Jireenyaa isiinaa dhageesisuu Eebbifama Barasisaa
@tigestgirmaa6512
@tigestgirmaa6512 Год назад
AmeenAmeenAmeen Bagawalumaanugaheebarrsiisa.kenyaa
@almetometo5977
@almetometo5977 Год назад
Ameen Ameen Ameen waqayyoo sagalee jirenyii siin yaa dhagesuu barsisaa keenyaa dhugaamati Ebifamaa waqayyoo bara tajajilaa keessaan siif haa dhersuu 🙏🙏🙏🙏👏👏👏👏👏🏿🕊🕊✝️✝️✝️💒💒💒
@genetgemechu6159
@genetgemechu6159 Год назад
Waaqayyo gooftaan sagalee jirenyaa baraa baraa isiin haa dhagesisuu ebbifamaa bs//kenyaa⛪✝️
@maseratatolcha1902
@maseratatolcha1902 Год назад
Amen Amen Amen bagaa waaluummanuu bagaa genyyee maaloo ani biyyaa araba jiraa garuu mana mislimma jiraa kanafuu somee hin bekkuu😢
@saradamisee1972
@saradamisee1972 Год назад
Waqayoo sagallee jirenyaa isan haa dhagisuu barsiisaa kenyaa gafii hundaa kenyatii kunii anle wanumaa kanatuu na arakisaa jiraa 😢😢
@SleepyCat-te8ef
@SleepyCat-te8ef 5 месяцев назад
Ameen ameen ameen ameen waqayyoo sagalee jirenyaa isin haa dhagesisuu ebbifamaa barsisaa kenyaa ❤💕
@asteeralsalti8465
@asteeralsalti8465 Год назад
Amen Amen Amen Amen 🙏🙌👏❤ebifamii yadaa bayee qalbii nama jijiruu nu dabarstani barsisa kenya
@Zahra-ci7vw
@Zahra-ci7vw Год назад
Ameen Ameen Ameen bagaa waluman genyee ebbifamaa barsisaa kenyaa waqayyo goftaan sagalee jirenya isana yaa dhagesisu bara Taajajilummaa keessani isinif yaa dheressu ebifamaa 🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲🤲🤲
@Beshedu4445B
@Beshedu4445B Год назад
Baaga naagan dhuufte baarsiisa keenya baarumsa keessan irra waan baayyen huubbadhe waaqqayyo saagale jiireenya sii yaa dhaaggessisu umuri nuuf dheeradhu baarsiisa keenya ebbifama 🙏🙏🙏🙏🧡🧡🧡
@ralamerialameri563
@ralamerialameri563 Год назад
💞💞💞🤲🤲🤲🤲👏👏
@ganii8382
@ganii8382 Год назад
AMeen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebifam Barsisaken sagale jirenya sin dhagasisu Bara Hama Barati
@asnakualemu1746
@asnakualemu1746 Год назад
Baaga naagaa dhuufatannii baarisiisaa
@dasta9840
@dasta9840 Год назад
Dhugumaa dhugumaatii waaqayyoo goftaan saagalee jiirenyaa siin yaa dhaagesisuu baarsisaa keenyaa baraa Taajajilaa keessaanii siinif yaa dheereessuu umurii Taajajilaa keessaanii siinif yaa dheereessuu baraa dhufaatii isaa mirgaa issaattii siin yaa dhaabbuu 🙏🙏🙏💕💕💕💕
@nabakoozafaith1314
@nabakoozafaith1314 Год назад
Bagan nagan dhuftaan barsisaa keenya 🙏❤️
@oromtitiiintalashawaa5094
@oromtitiiintalashawaa5094 Год назад
Amen Amen Amen Ebiifamaa barsisaa Kenya yero saganuu maal jene sagana barsisaa❤🙏
@xaayitudirribaa7209
@xaayitudirribaa7209 Год назад
Sagalle jirreenya ssii haa dhagesisuu Ebifami dachaa dachaa
@tayitutube891
@tayitutube891 Год назад
Bagaa nagaan dhuftaan barsisaa keenyaa
@emmankk1965
@emmankk1965 Год назад
Ameen Ameen ameen baga waluma genye basisa kenya huduma kenyafi soma jalala nufi haa tuuu❤️🙏🙏🙏
@TurgoDama
@TurgoDama 5 месяцев назад
❤❤❤❤🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻
@ababachwmariyam3172
@ababachwmariyam3172 Год назад
Waqayoo sagalee jirenyaa sii yaa dhagesisuu wa'ee siliirati yadaa qabaa ani yeroo kanaa biyaa ormani jiraa yeroo bayee halkanii ta'ee guyaa yeronii rafuu naa ukamsaa kadhanasii inumanii tasisaa. Dadhabnanani silii qulqulotaa fi macaca ofii biraa godhee rafuu qabee kanaa bodaa kanii duranii naa rakisee naa dhisee. Egaa ani quluquluu mitii cubamtudhaa kanaa halaa kamini ilaltuu mee algumaa koo gubanii godhaa anii bayee wananii rakadhefii kuni cubuu dha re????
@dhangaalubbuu
@dhangaalubbuu Год назад
Qulqullummaan yoo qabate rakkoo qabu
@FiroomtuuShow
@FiroomtuuShow Год назад
Galtamooma
@DammaaTube
@DammaaTube 5 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Mertu-kx5bt
@Mertu-kx5bt 6 месяцев назад
Biyya Arabaa kessatti nyanni hundu soma qaba nyacha somun hin Dandamu Erga ta,ee Akam gochuun qaba maloo
@Sisay-dc8gx
@Sisay-dc8gx 5 месяцев назад
maali biyyaa arabaa keessa somii kan hin qabnee waan baayy'etu jiraa yoo samu barbaaddan atikkiltidha nyaatun ni dandaa'amaa phastan jiraa ruzin jira
@GdhdhshGshshdv
@GdhdhshGshshdv 4 месяца назад
Ebifamaa galtomaa satii kesaan arsaa tasostanii Kan nu gorgatan
@zinashtamiru6716
@zinashtamiru6716 Год назад
Brs walumaanu bagaa nuni gahee galtaa isaa
@SurprisedBreakfast-tr5zi
@SurprisedBreakfast-tr5zi 5 месяцев назад
Nyaani.sani.soomaa.qaba.hani.garu.midhanif.bishaan.somun.jira.akkami.indandamu??
@waletemariyam2420
@waletemariyam2420 Год назад
Nyaataa sooma qabaani nyaachuu hin qabnuu ofii egaanoo???
@asnakotagani9835
@asnakotagani9835 Год назад
Oso hin somone sagadun hin dandama? Mo hin dandamu
@mimiw4924
@mimiw4924 Год назад
Lakofsa kessan comment jalati naf baresa barsisa pls gaffii qaba 🙏🙏🙏
@dhangaalubbuu
@dhangaalubbuu Год назад
tole 0912768751
@mimiw4924
@mimiw4924 Год назад
@@dhangaalubbuu galatoma barsisa Kenya 🙏🙏
@FagerFager-mz6fb
@FagerFager-mz6fb 6 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤❤
@kawtherkarain9346
@kawtherkarain9346 Год назад
Ameen Ameen Ameen
@Hawiibekaa
@Hawiibekaa 5 месяцев назад
Amen amen amen
@fathhima-qv6ps
@fathhima-qv6ps Год назад
Amen amen amen
@almazdebele7312
@almazdebele7312 5 месяцев назад
Amen Amen Amen🤲🙏
@user-hd9hm9sf3o
@user-hd9hm9sf3o Год назад
Ameen Ameen Ameen
@jituuqabataa7901
@jituuqabataa7901 5 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤
@misaratlataa5438
@misaratlataa5438 5 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤
Далее
Каха и жена (недопонимание)
00:37
ሙሉ ፕሮግራም Thankyou Teddy.
2:33:44