An akka nama dhunfatti caayaa heeddu nin galateffadha Oso hararge baha aanaa meetta aradda harawoo lak 2 raakko jirtuu kana caala b /anaa akkasumas bulchan aradda hedduu hawaasa darara jiiru fkn oyruu bulcha aradda maliif hin oltee hin hojjanne jechun qarshii 10000 nama kaffalchiisaa jiira Maalo oso caayaan gaama aanaa mettaa dhufe nuf hubaate?