Тёмный

Cire ajaiba wajiin haa hojjannu jirenna kenna akkamitti moyachu dandenna ?? 

Asha & kadir
Подписаться 23 тыс.
Просмотров 7 тыс.
50% 1

Cire ajaiba wajiin haa hojjannu jirenna kenna akkamitti moyachu dandenna ??

Развлечения

Опубликовано:

 

20 июн 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 153   
@Sabrinashow.
@Sabrinashow. Месяц назад
Mashaallah ijaa hamtuu issin irra ha qabuu rabbin allamaa manii kadirfi ashaa jalatan like godhaa mee nii lalaa❤❤ you
@nefisadekebo2283
@nefisadekebo2283 Месяц назад
Mashallah bayyee namatti tolla jabadhuu Farjii birra kophewwanii sanii kasii
@Suusiyye
@Suusiyye Месяц назад
Maashaa Allah milkaayi ammas jabduu tenna 🌷 Vidiyoo akkana kana nuuf hojjadhu Aashittii yeroo sii mijatetti waa heddu sirraa baradhe ani akka mataa kiyyati kan rabbi na argu isin hin beeytan garuu hamilee gudda nutti horu jirtan warra biyaa ormaa kessati hamilen caphxee abdii kutate meeqattu jira kan isin dawwatu heddudha, ,walahiii anuu fakenyaa guddaa naaf taatan sii fi abbaan mana keeti Rabbii hamtu isinirraa haa qabu maashaa Allah, ijja jaalalaatin isiin laalla rabbiin hin arga kanaa olittii muldhadha waan hundaanu ammalee fedhi rabbiitiin ,namni gaafa rabbiin gargaarsifate laffa'ee dadhabee hojjatte jijjirama fidu baay'ee nama gammachiiisa dhugaa dubbachuf ✍🏻✍🏻 Kessattu shamarran biyya arabaa turte gaafa biyyaa isii galtu namni hundi hin milkaa'u abba rabbii laafiseef male, namonni kan gufatani bakka kufanitti hafantu baay'ata 😢 Bakka kufnee kaane tattafanne akka bakka gudda gennu abdii qaban yaa saba koo jabaadha abdi hin murina kan argateefis gammada duu'aayii godhaafi isinis gammachu argattu waan taa'eef galatoomaa ✍🏻 🙏🌸
@Rozii758Arsii
@Rozii758Arsii Месяц назад
Mashaa Allah mashaa Allah Rabbiin Umarii Wojiin Isin haa Dherreessu ❤❤foziyaan hoo esa demtee
@makiitube3050
@makiitube3050 24 дня назад
Dhuga esa badee
@user-rj4rv7vk1x
@user-rj4rv7vk1x 21 час назад
Masha Allah Tabbarakalla maati jaalala❤❤ nama hawatan
@naeemamohammed9944
@naeemamohammed9944 Месяц назад
Ws wr wb wollahi ashiyye abba mana ke kadir rabbin umri wojjin siha dheressu masha alla abba mana garii yo qabatan yero biyya arabati galan gamachun wan barbadde wolin dalagu danessa garu dhirri hundi oso akana tae heddu bareda.masha allah kadir obolessa kenna hedu galatomi asha qofa miti nuti kan biyya nama jirru duayi sif gona.dhira bay'etu .shamaran bochisa jira.alhamdulillah rabbin akunumatti wolin issin hatursisu daraja tessan olin issin hademu inshalla❤❤❤❤
@Sara-us7uv
@Sara-us7uv Месяц назад
Ee Aamiin rabbiin waliin isaan tursiisu.wallaah dhugaa keeti hedduun dhiirotaa osoo fakkeenya bro keenya Kadiir irraa muuxannoo horatanii maalqaba!! atis galatoomi😍
@hamziyahamziya6531
@hamziyahamziya6531 21 день назад
MashaAllah MashaAllah rabbi n sii haa galatomi Wollah yaa habibiti tiyya
@user-ii8is1zm9i
@user-ii8is1zm9i Месяц назад
Masha allah masha allah masha allah ❤❤❤❤❤❤ rabbiin hamtuu issiiniraa haa qabuu
@hhi4562
@hhi4562 Месяц назад
Mashlaaah tarklaaaah rabibbii umriih isinaa haa dhersuuu inshalaaa ❤❤❤❤❤❤❤
@user-yr9yd1uz6t
@user-yr9yd1uz6t Месяц назад
maashaa allah vidiyo akkanaa nuuf baayyisi ashaayye me jiruu biyya kennaa daganne nuyaadachiisi 😢❤❤❤❤❤❤❤
@kwtstc7657
@kwtstc7657 29 дней назад
Mashaallaha mashaallaha mashaallaha mashaallaha mashaallaha mashaallaha mashaallaha mashaallaha mashaallaha mashaallaha mashaallaha mashaallaha mashaallaha mashaallaha mashaallaha mashaallaha mashaallaha mashaallaha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤mashaallaha mashaallaha mashaallaha mashaallaha mashaallaha jabdhuu jabdhuu jabdhuu jwwee koo qallee namma sanyii too jabdhuu jabdhuu
@user-vf8pr3ee5x
@user-vf8pr3ee5x Месяц назад
Wl wr wb mashaa allah masha Allah tabaraakalaa amalee jabadhaa rabbii isin haa garagaruu ❤❤❤❤❤❤❤
@FatiyaaAhmad-j5o
@FatiyaaAhmad-j5o Месяц назад
Mashallh mashallh Ashiyee gobazii ❤❤ foziyaan essa jirtii dhifama wajjiin ❤
@Rahma-qq7be
@Rahma-qq7be Месяц назад
MashaAlaah gobazi tiyaa jaabadhu anilee biyaa ko galee hojaatu kayoo qabaa❤❤❤❤❤❤
@shamsahmohammed13
@shamsahmohammed13 2 дня назад
Dhugaa keetii ❤❤❤❤❤ Mashallah
@user-cy1bj3vd9u
@user-cy1bj3vd9u Месяц назад
masha Allaa Tabraakkaallaa jabadhaa Raabbini isni ha milkeessuu duniyaa akkirraatti
@user-ht4vy4fu9o
@user-ht4vy4fu9o Месяц назад
Maashaa allaah hamtuun isin inargin maatiijaalalaa Foozuno ashaa sibiraa galtemoo😢
@huzeeyfaamusxafaa7087
@huzeeyfaamusxafaa7087 27 дней назад
Mashaa Allah ❤ ❤ ❤vidiyoo akkaana laluu bayee jaladhaa🎉🎉 jabadhuu itti nu fufiii
@GamilIl04
@GamilIl04 Месяц назад
Mashaa Allaah tabarakallaah rabbin kana calaa sif haa dabaluu foziyaa si biraa galitee
@Zamzammohammed278
@Zamzammohammed278 День назад
Masha Allah ❤
@hanantube2144
@hanantube2144 Месяц назад
mashlhaaaaaa taabkarlhaaaa Ashaa dhugaa rabiii Atii heduu gobziidha heduu tataftee mashlhaaaaaa jijiraa gudaa siraa multaa mashlhaaaaaa tabrkalhaaaaa jabdhuu itii fufii
@user-gc8xw9rb7g
@user-gc8xw9rb7g Месяц назад
masha alla hedu nama tolaa wanii vidiyo gararaa dalagii januf vidiyon akkan abdii namatii hora bareeduko namni biyya arabatii galee xiiqo bubulee chinqii hasawa hujiin tesan yo dalagatan biyatiis ni jijjiramani namatii agarsisaa jabadha fayaa garii risqii balo sodaa rabii akkiralee yadachu rabii isinif hakanuu❤❤❤❤
@DikraJamal-eu6ij
@DikraJamal-eu6ij Месяц назад
Maashalla Maashalla Maashalla Maashalla Maashalla Maashalla Maashalla Maashalla Maashalla Maashalla Maashalla Maashalla Maashalla Maashalla Maashalla Maashalla Maashalla Maashalla Maashalla Maashalla Maashalla Maashalla Maashalla Maashalla rabbiin hamtuu isiin irraa haa qabuuu wolahii hedduu namattii toltanii
@Jamila-dv5fk
@Jamila-dv5fk Месяц назад
Mashaaa Mashaaa Mashaaa Mashaaa Mashaaa Mashaaa Mashaaa Mashaaa Mashaaa Mashaaa Mashaaa alha 💖
@zamzamz6773
@zamzamz6773 Месяц назад
Maashaa allaa jabadha rabbi isiin iraa Haa
@jsns28
@jsns28 25 дней назад
Galatomii lecaa mataa dhalaa Ethiopia ❤❤❤
@dnnuriyaasheamanhfanumaaa2262
@dnnuriyaasheamanhfanumaaa2262 Месяц назад
mashalah rabiin isiinii hadabaluu❤A❤k
@Rahma-qq7be
@Rahma-qq7be Месяц назад
Rabbii umaar waajiin isiin haa dhereesuu walaahi ijoolee wanaataa qabdu naati hin fakkaanee mashaAlaah amalee sif haa keenuu Ashaa
@AbiAbi-jf7mz
@AbiAbi-jf7mz Месяц назад
Woww🥰🥰🎉🎉 ashiye jabadha dhugaa rabii heduu namati tolaa
@SofiyasofiyaSofiyasofiya
@SofiyasofiyaSofiyasofiya Месяц назад
Mashallaaha jabadhuu jabadhuu nama❤
@Suusiyye
@Suusiyye Месяц назад
Masha Allah tabaara kallaah wwwww ammalee rabbiin dacha dachaa godhee isiniif haa dabaluu rizqii baldhoo hisaabaa hin qabne wallahii baay'ee siif gammade habiibti 😢😢😊😊😊😊😊😊🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
@امافراح-ك6ح
@امافراح-ك6ح 24 дня назад
ماشاءالله ماشاء الله
@Hafsaa-xo8qr
@Hafsaa-xo8qr Месяц назад
Mashaa Allah
@ashaaabdaalaa
@ashaaabdaalaa Месяц назад
mashalaa mashalaa jabadhaa itumaaa fufaa namati toltuu❤
@ndhabshbxvahsj1486
@ndhabshbxvahsj1486 Месяц назад
Masha Allah 🌹 Tabarakallah
@Halangee
@Halangee Месяц назад
Masha'allah Tabarakala
@ashaaabdaalaa
@ashaaabdaalaa Месяц назад
mashalaa mashalaa jabadhaa itumaaa fufaa namati toltuu
@aishaaisha6968
@aishaaisha6968 Месяц назад
Mashaa allaah bil afiya alleekum
@DerartuMohammed
@DerartuMohammed 3 дня назад
Mashallah ashiya
@hsss9766
@hsss9766 Месяц назад
Mashaallah mashallha mashaallah mashallha mashaallah mashallha mashaallah ❣️🩸💞🩸🩸💞🩸❤️💞🩸🩸💞
@user-ss1wx7nb2i
@user-ss1wx7nb2i Месяц назад
Masha allah tabarkallah aisha ❤❤❤
@Makeh-ss5vn
@Makeh-ss5vn Месяц назад
mashallah mashallah bila afiya
@fatimamuhamad7229
@fatimamuhamad7229 Месяц назад
Mashalaa Mashalaa maatii Jalalaa❤❤
@jsns28
@jsns28 25 дней назад
Mashaa allah tabarakaa
@NaaSqw-qu2tt
@NaaSqw-qu2tt Месяц назад
Wwwwww ❤❤❤❤ fooziyee esaa deemtee Ashiyee
@Hayat-wf1kp
@Hayat-wf1kp Месяц назад
Maashallhaa jaabdhuu luubbuu mucaatii. Kee. Issii. Duurbaa. Saa. Naa. Dhuugadhaa. Obblletii. Naatii. Fookkatii😢😢🎉❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉❤❤❤
@makiyakadir233
@makiyakadir233 Месяц назад
MashaAllah MashaAllah❤❤❤❤❤
@chaltuchaltu8069
@chaltuchaltu8069 Месяц назад
Masha allaah Masha allaah Masha allaah Masha allaah
@user-tl7rf6ru7l
@user-tl7rf6ru7l Месяц назад
Mashaa allaa masha alllaa bil Afiyaa baduu koo
@MubarakMuhammad-ol2pl
@MubarakMuhammad-ol2pl Месяц назад
Mashallah tabarakallah
@ketabihusain2420
@ketabihusain2420 Месяц назад
Masha Masha Allh Masha Masha Kaa nagaya isinfi haa ta uu❤❤❤❤
@Amina-gk9tt
@Amina-gk9tt Месяц назад
Masha Allah 🎉🎉🎉🎉🎉
@sumayaaisha9354
@sumayaaisha9354 Месяц назад
Jabadhuu Masha allah
@SmilingBigWaterfall-ne9tt
@SmilingBigWaterfall-ne9tt Месяц назад
Mashaa Allaah 😘 Bill aafiyaa❤
@mado3347
@mado3347 Месяц назад
Mashalaa foziyznii esaa badaa arayee❤❤❤
@MKh-fn7lp
@MKh-fn7lp Месяц назад
Foziyaan essaa demtee😢😢😢😢
@sabontuuarsii9
@sabontuuarsii9 28 дней назад
Mashaa Allah 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
@ZalikaGiraann
@ZalikaGiraann Месяц назад
As wr wb mash'allaa Mash'allaa tabarakala hedu namati toltan foziyan ho esa bade
@umsumaytube12
@umsumaytube12 Месяц назад
Mashaallhaaaaaaa❤❤❤❤ ashiye
@seenaajalaalaaa6102
@seenaajalaalaaa6102 Месяц назад
MashaaAllha ashiye namti toltan matii jalala kophee sani firji biraa basii
@tamemahabdullah2425
@tamemahabdullah2425 Месяц назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤jabadha horaa bulaa sirtii hamatuu isiniraa ha qabuu
@MdAhme-y3r
@MdAhme-y3r Месяц назад
Mashaa allaah ❤❤❤❤
@tiyyaashow332
@tiyyaashow332 Месяц назад
Mashallaa tabarakallaa Mashallaa mashallaa ❤❤❤
@faxeekadir445
@faxeekadir445 Месяц назад
Mashaallaah Mashaallaah Mashaallaah ❤❤❤❤❤
@AminaKufaashow
@AminaKufaashow Месяц назад
Mashallaa Kan callaa jajabdhaa
@user-pc5bn1ko3p
@user-pc5bn1ko3p Месяц назад
As wr wb akam jirtuu sabontootaa tenna jirtuu baga jirtani kuni barmsaa guddaa dha nama ilalef ani akka koti bayee na gamachiftani walahii sinin jaladha rabbi jechaa Jabadhaa Kun wanta jiruu Kenyaf barbachisuudha bayee bayee Nu bositani mashaalla mashaalla mashaalla mashaalla rabbiin jalala jiduu kessan haa ka.uu Jabadhaa hin lafina hadara rabbii ❤❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏💐💐💐💐💐☝️☝️☝️☝️🤲🤲🤲🤲🤲😍😍😍😍😍😍👍👍👍👍👍👍Like godha umata oromo biraa dhabadha jajabesani ❤❤❤❤❤❤Jabadhaa 💐💐💐👍👍💐💐💐😍😍😍😍😍☝️☝️☝️☝️☝️
@user-vi4nq9mw5k
@user-vi4nq9mw5k Месяц назад
Maashaallaah tabarkaallaah❤❤❤❤
@user-sb4cv8ro9h
@user-sb4cv8ro9h Месяц назад
Mashaallaah Mashaallaah Mashaallaah tabakalaal ❤❤❤❤
@HalimaaAbdii-up6xk
@HalimaaAbdii-up6xk Месяц назад
Mashallaha Mashallaha Mashallaha Mashallaha Mashallaha ❤❤❤❤
@sofiadefu3063
@sofiadefu3063 Месяц назад
❤❤❤❤Mashalahaa Mashalahaa Mashalahaa Mashalahaa
@user-tw7vt7zq5l
@user-tw7vt7zq5l Месяц назад
Mashalaha mashalaha ❤❤❤
@user-rw6gj8wy8u
@user-rw6gj8wy8u 2 дня назад
Wl WR Wb jiraa jirituu ❤❤❤❤ashiyee
@user-ye1wp3ht3g
@user-ye1wp3ht3g Месяц назад
Foziyaan hoo esaa demtee isii biraa hin jirtuu😢😢😢❤❤❤
@user-dc6jv7lm6n
@user-dc6jv7lm6n Месяц назад
Rabbiin bakka gudaa sii haa geessuuu❤
@nazirabawari3886
@nazirabawari3886 Месяц назад
Wl wr wb masha Allah ❤❤❤❤
@misrasheko
@misrasheko Месяц назад
Mashalla allha ❤❤
@Makeh-ss5vn
@Makeh-ss5vn Месяц назад
wl wr wb ashayee qaliitiiyaa akkatii ani sijaladhuuu jabadu italaa❤❤❤❤❤❤
@ashaaashaa4252
@ashaaashaa4252 Месяц назад
Mashallhaa ❤❤Mashallhaa ❤❤
@user-ky8lg5ns8f
@user-ky8lg5ns8f Месяц назад
Jabadhuu yeroo hojadhuu jabduu nama ❤❤❤❤❤
@FatimaSeleman-qi6cz
@FatimaSeleman-qi6cz Месяц назад
As wr wb bayeisjala garuu. Yutubii banadhee ❤❤❤❤❤
@sanyiijawaartube8434
@sanyiijawaartube8434 Месяц назад
www baredaa jabdhuu
@user-ky8lg5ns8f
@user-ky8lg5ns8f Месяц назад
Jabadhuu yeroo hudumaa hojadhuu Jabduu nama
@RahmaHussain-sp3gj
@RahmaHussain-sp3gj Месяц назад
Mashaalaa
@nesiraabafita3030
@nesiraabafita3030 Месяц назад
mashaALLHAA
@hawatolo7646
@hawatolo7646 Месяц назад
As wr wb masha alla ❤🎉❤🎉❤
@XayyibaaAbdallaa-ti3iy
@XayyibaaAbdallaa-ti3iy Месяц назад
Maashallah maashallah taabaraa kalahaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@FoziyaaBarshoo-qe4up
@FoziyaaBarshoo-qe4up Месяц назад
Mashaa,aalaaa❤❤❤❤❤❤
@user-vb2dt4to4x
@user-vb2dt4to4x 17 дней назад
Maashaallaa❤❤❤❤❤
@user-rw6gj8wy8u
@user-rw6gj8wy8u 2 дня назад
Fozin hoo esaa badee
@Eteteitube
@Eteteitube Месяц назад
Dhugaa namni biyyaa ofii yoo hojattee ni jijiramaa kana immo issirraan argee ossoon mana madami keessaa figuu issiin waan bayyee jijiramtanni tokkummaan keessaan bayyee das nama jedhaa jebbadhaa goftaan siin yaa gargarruu
@MaliyaaMld
@MaliyaaMld Месяц назад
Mashalalhaa❤❤❤❤❤
@rahimaalndro2608
@rahimaalndro2608 Месяц назад
Mashaall mashaall
@KanNaeguuHinRafuu
@KanNaeguuHinRafuu 19 дней назад
Bareduu Koo Qoyii Gaziinii Manaa Madamii Sunii Biyyaa Kenyatii Yoo Galee Mabaratiii Bichadhanii Hojetaa moo Gazii Barabadaa Natii himii Maloo😔😔😔
@user-hc5nk5qr3d
@user-hc5nk5qr3d Месяц назад
mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah mashallah ❤❤❤
@rufiyyaahmed4941
@rufiyyaahmed4941 Месяц назад
Aswrwb dhugaa keetii
@TgKonjo-ko4it
@TgKonjo-ko4it Месяц назад
Rabbiin isnii aguudisu Maatii jaalallaa
@fadetube1911
@fadetube1911 Месяц назад
Mashaa Allah mee kotta anafis mati naaf ta’aa adara obboleeyyan kiyya
@user-zg1sc4dy1d
@user-zg1sc4dy1d Месяц назад
Aaswrwb Mashaa Mashaa Mashaa ♥️♥️♥️♥️♥️
@gelayeeticha-wv9ed
@gelayeeticha-wv9ed Месяц назад
Welcome
@rahimarahima8741
@rahimarahima8741 15 дней назад
Mashallaa mashallaa❤❤❤❤❤
Далее
EVOLUTION OF ICE CREAM 😱 #shorts
00:11
Просмотров 3,6 млн
РУБИН - ЗЕНИТ: ВСЕ ГОЛЫ
01:03
Просмотров 136 тыс.
KISHIYATA SEASON 6 EPISODE 9
54:33
Просмотров 63 тыс.
LABARINA SEASON 9 EPISODE 13
1:15:58
Просмотров 804 тыс.
SABABTA MAAHIR LOO QAATAY
30:55
Просмотров 45 тыс.
Haacaaluu waliin firummaa qabduu?  Faar. Solomoon Alamuu
28:58
настоящий чемпион
0:59
Просмотров 8 млн
Вот почему 😐
0:59
Просмотров 3 млн
20 июля 2024 г.
0:11
Просмотров 2,7 млн
🍁 Экскурсия года
0:19
Просмотров 1,9 млн