Тёмный

Haacaaluu waliin firummaa qabduu? Faar. Solomoon Alamuu 

Qaanqee Show
Подписаться 321 тыс.
Просмотров 64 тыс.
50% 1

Join this channel to get access to perks:
/ @qaanqeeshow
Ethiopian and Oromo late night show music and entertainment.
#HabtamuLamu #Oromomusic #Oromonews #Gingilchaa #Qaanqeeshow #Oromocomedy

Развлечения

Опубликовано:

 

28 июн 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 342   
@addoyye
@addoyye 4 дня назад
Ani musliima salamoon wajjin oromumma wajji qaba Farfanna isas yeroo tokko tokko ni dhagefadha😊❤❤
@user-hn8lb8vo7q
@user-hn8lb8vo7q 4 дня назад
Waqayoo.sii.haa.ebisuu❤❤
@user-cm6no7cn6o
@user-cm6no7cn6o 3 дня назад
Dhagefatee mali iraa barataa Namini naa haa jaltuu jetee dangaa rabii egadhuu
@rahimaa4228
@rahimaa4228 3 дня назад
😮😮😮😮
@addoyye
@addoyye 3 дня назад
@@user-cm6no7cn6o amanti hunda baratu, dubbisu ,dhageefatu, waan naa galle gafatuu, amantii kiyya nan dhorguu. Yoo sii dhoorga jette daliilaa na fidi Atis akkuma jaraa sila itti amantu maaf dubbifta maaf dhageefata maaf waan sii galle gafata nan jedhin male🤣🤣🤣🤣
@user-cm6no7cn6o
@user-cm6no7cn6o 3 дня назад
@@addoyye 🤣🤣🤣dhagefatee haloliyaa jetee nutii iyiin
@DanieTadele
@DanieTadele 4 дня назад
Faarfattootattis xiyyeeffachuu itti fufi. SOL si jaallanna. Umrii dheeraa nuuf jiraadhu❤
@AwwalJamaal-om3lu
@AwwalJamaal-om3lu 3 дня назад
Ani muslima garuu mucaa kana baayyee kabaja baayyes dinqisiifadha yeroo tokko tokkoo faarfana isaas ni dhageefadha salamoon jabaa namati nama kan ofii faarfachuu malee kan nama hin xuqnneedha umrii dherra kabajamii jiradhu hadhoo koo 😍
@LaliseBalayine
@LaliseBalayine 3 дня назад
Galatomii hubaata nama❤❤
@onlyjesus7594
@onlyjesus7594 3 дня назад
Wwawa Rabbii bekumsaa siif ha dabaaluu haadhoo koo
@TuluGenet-ec6pu
@TuluGenet-ec6pu День назад
Galatomi 💐💐💖💖💞💞❤️❤️💕💕
@Lenchoabetu
@Lenchoabetu День назад
sol nama jabadha gooftaan ammale isaa waaliin haa ta. uu
@user-bi7vg5ei4l
@user-bi7vg5ei4l День назад
❤❤❤❤❤❤
@user-pe1kd7jo9z
@user-pe1kd7jo9z 3 дня назад
Sol bagaa nagaan dhuftee waqayyoo baraaf jirenyaa kee haa eebbisuu eebbifamii ayyannii waqayyoo dachaa siif haa bayy'atuu qaxallee mucaa abbaa koottii❤️❤️❤️💞💞💞💞💞💞😍😍😍😍😍😍💞😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
@user-pe1kd7jo9z
@user-pe1kd7jo9z 3 дня назад
😘😘❤️❤️❤️💞💞😍😍
@boontuuyesus4508
@boontuuyesus4508 3 дня назад
Waaqayyoo hubanaa guddaa sif kenneera Waaqayyoo hamma dhumaatti jabeesse si haa dhabuu hadhoo koo ebbifamii 🙏🙏😍😍
@Temesgen.Mezgebu
@Temesgen.Mezgebu 2 дня назад
Ani bilchina mucaa kanaatu na ajaa'ibaam❤ Thank you Sol❤
@user-ed2gq8pf4i
@user-ed2gq8pf4i 3 дня назад
Bagaa nagan dhuftee Solomon namaa kabajaa❤ hambtamuu ebifamii dachaa ❤
@faarffannaaafaanoromoo908
@faarffannaaafaanoromoo908 4 дня назад
Ogeessako🥰🥰❤️ waaqayyo si wajjin haa ta'u 🙏🏻
@user-vi9qd1ox8r
@user-vi9qd1ox8r 3 дня назад
Waqqayyo sii haa ebbisu sool kenyaa ❤❤❤galatoma ✋✋
@ArarsoSelbana
@ArarsoSelbana 3 дня назад
Dhugaa baay,ee namatti tola hojjin waaqayyo❤❤❤❤❤
@caaltukatama3865
@caaltukatama3865 2 дня назад
Qaxalee koo hubannaa jabaa siif kenneera waaqni kee ammayyuu eebbifami😻❤️❤️
@fikadushitaye9395
@fikadushitaye9395 3 дня назад
Sol koo ebifamii waaqayyoo sii haa ebisuu qaxaalee koo❤❤❤
@dnkjesusislorddnk1130
@dnkjesusislorddnk1130 4 дня назад
Guddaadhu waaqayyoo bara kee haa eebbisu sol keenyaa ayyaanni sif haa baay'atu ❤❤
@mahmoudrawashdeh9151
@mahmoudrawashdeh9151 3 дня назад
Sole qaxaalekoo ebbifami❤❤❤
@haftebekele941
@haftebekele941 4 дня назад
Haasa’awaa kiristaana 👌👌
@molu7338
@molu7338 2 дня назад
Qaxalee mucaa jabadhuu waaqayoo sifaan haa ta.uu❤❤❤
@Dameofficial1
@Dameofficial1 3 дня назад
Mucaa hubata waan dubbatu beeku Solomon ammayuu ayyanni isa siif haa bayyatu ❤️
@genetadugnaa1714
@genetadugnaa1714 4 дня назад
Hojii afuuraa qulqulluu ijii isaa mu'latadha Galatiyaa 5:22 dubbadha
@amanuelb9083
@amanuelb9083 2 дня назад
SOLOMON God bless you! Keep going!
@AbitikadiriUseni
@AbitikadiriUseni 2 дня назад
Hi
@alemayehujaleta1246
@alemayehujaleta1246 3 дня назад
Bara 2008 hojiif Sayyoo ykn Daannoo deemee argeen ture mucaa xiqaadha yeroodhuma sana iyyuu ni faarfata,mucaa jabaadha. Eebbifama.
@user-lf5oc2wu4k
@user-lf5oc2wu4k 4 дня назад
Ebbifama laman kessanile!!!!!
@user-lb8zv1ed2j
@user-lb8zv1ed2j 2 дня назад
Ebbifamii Sol koo waqayoo hamaa dhumatii sii dhabuu
@Ebissee
@Ebissee 3 дня назад
Uuuufeeee Ebbifamii waqaayyoo isi haa ebbisuu Ebbifamii dachanii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-le7ld4hk2q
@user-le7ld4hk2q 3 дня назад
As christian and Oromoo we are really great full to have someone humble like him. Bless the Lord ❤❤❤
@VhddFyfg
@VhddFyfg 2 дня назад
Wuuu
@kebarshimelis4110
@kebarshimelis4110 3 дня назад
Habtaamun gurbicha line hafuuraa keessaa baasuuf dhamaatiin dhama'e hin milkoofnef! Soolaa gurbattii bishaattuu kanamee........🤗
@DiribaDiriba-vr1ji
@DiribaDiriba-vr1ji 2 дня назад
Solomoooooon gaafii gaafatamee fi deebiin inni kennee garaa na ciibsee ! Solomoon ammas dacha dacha eebbiifaamii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-me3kp4kf2f
@user-me3kp4kf2f 3 дня назад
Uuuff😢😢😢waqayoo koo yaa hojikee🤲🤲🤲😍😍😍😍😍
@TokumaTaresa-u9g
@TokumaTaresa-u9g 2 дня назад
I appreciate you
@FeyisaGalmesa
@FeyisaGalmesa 3 дня назад
You are a great person!
@user-yb3ub8bq1e
@user-yb3ub8bq1e День назад
waqayyoo sii haa Ebbissuu Ebbifami dachaa baraf jirenyaa Kee hundumaa Ebbifami Solomon
@ZahraZz-in5pi
@ZahraZz-in5pi 2 дня назад
Sol Bagaa nagaan dhuftee waqayo baraaf jirenyaa kee haa ebisuu ebbifamii ayyanni waqayoo dachaa sif haa bayyatuu
@Kebebekora48
@Kebebekora48 День назад
Waaqayyoo si haa ebbissu Solomon baay'ee natti tole yaadin tayi kennitu, Qaanqee show keep it up ❤❤
@Fufa-we4ur
@Fufa-we4ur 4 часа назад
Jabaa mucaa waqayyoo oguumaa guutuu sif keeneera jabadhuu sol.❤❤❤❤❤
@KiyaYomiyu
@KiyaYomiyu 4 дня назад
Attoomii habttee nama xiqqaa guddiisuu sii haa taasiisuu
@HanaT-iy7cq
@HanaT-iy7cq 2 дня назад
ebbifamii ebbifamii ebbifamii mucaa kakuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@galaanafaarfannaa2719
@galaanafaarfannaa2719 4 дня назад
Farifana Solomon bayee itti ebifama turera amasi itti ebifama jiraa❤❤❤❤ I love you sole
@iyesusabdiijiraatadhaa1384
@iyesusabdiijiraatadhaa1384 2 дня назад
Waaqayyoo bara keessan haa eebisuu Solomon jaallaatama muca gooftaa theenk you jaabbadhuu guddadhuuu ❤❤❤ Habtamuu lammu eebifamii atis huubata nama ❤❤
@KayyooMedia-gd9df
@KayyooMedia-gd9df 2 дня назад
Ogessaa ogummaan gutee ayyanaa qabessaa kenyaa soliyyee waqayyoo si haa Eebbisuu Eebbifamaa kenyaa nuf jiradhuu qabenyaa kenyaa ❤❤
@AmanuelBeka
@AmanuelBeka 2 дня назад
Waaqayyo bara kee hafee haa eebbisu waan guddaa sirra hubadheera ati Ayyaana waaqayyo sirra callaqisu kana hin dhaamsin
@obseedinqii2315
@obseedinqii2315 3 дня назад
Qaxalee mucaa kakuu jabaadhu ❤❤❤❤❤
@WekjiraGonfa
@WekjiraGonfa 3 дня назад
❤❤❤❤❤❤❤❤ Mucaa Yesus guddifataa jiru. Waaqayyo ammayyuu si duukaa haa ta'u, Sol koo! ------- Habtee atimmoo faarfannaa fi sirba walfakkeessuuf hin yaalin; tokkoo miti. Faarfannaan aartii miti; kennaa Waaqayyooti.
@JiraYesuus-lo2nv
@JiraYesuus-lo2nv 3 дня назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ gooftan ammayyuu ayyaanasaa siif haa baay'isu,🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@lenseragasa2327
@lenseragasa2327 2 дня назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Ebbiifamaa Ebbiifamaa Ebbiifamaa Ebbiifamaa Ebbiifamaa Ebbiifamaa 🥰
@saralegess2467
@saralegess2467 3 дня назад
ተባረክ🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@hannaakebede4858
@hannaakebede4858 День назад
Ayyaanna qabeessaa keenyaa sol waaqayyoo ayyaanna isaa dachaa diribbiin sif haa baay'isuu jabaa koo gaatii dadhabii kee harkaa waaqayyoo keessaa argaadhuu ❤❤❤❤
@LaliseBalayine
@LaliseBalayine 3 дня назад
Sol koo waaqayyoo dachaa si haa Eebbisuu nuf jiradhuu ati nuf Qaalidhaa hubaata nama umurrin kee nuf haa dheeratuu sol koo si jallaana dhugaa❤❤❤❤❤❤
@Makobilientertainment
@Makobilientertainment 3 дня назад
Ani Nama Aartiiti Gama Sirbaafi Walaloof Yeedaloo Qindeessa garuu Farfataa Salamoon Alamuu Baay,een Dinqisiifadha Jaaladhas Jabaadhu❤❤❤❤
@LawofGod
@LawofGod 4 дня назад
Your man 🧍‍♂️, you have a 👍🏽 future ! Knowing Christ at young age will take to the presence kings ! Be strong 💪 and keep holiness !
@haawiiabarra2289
@haawiiabarra2289 3 дня назад
burtee nagaa waqayyoo sii atuu is a
@user-um3oy2es3e
@user-um3oy2es3e 2 дня назад
Sol❤ ammayyuu waan gurguddaa sirraa eegna
@soolankebede3482
@soolankebede3482 2 дня назад
Sole Baga nagaan dhufite si jaalana❤❤❤❤ Habte atile Galatoomi❤❤🙏🙏
@yerosaanjf9922
@yerosaanjf9922 День назад
Waaqayyoo abbaan ko Amma lee ayyannaa saa siyaa ebbisu Solo 🙏🙏🙏💓💓💓💓💓
@user-pf4tp9sy6y
@user-pf4tp9sy6y День назад
Bagaa nagan dhufte salmon koo waqqayo garidha amayuu jabadhu
@DachuGadisa
@DachuGadisa 3 дня назад
Ebbifamii ammayyu waaqayoo bara ke yaa ebbisuu
@WogayoDxb
@WogayoDxb 3 дня назад
Uuuuufe Solomon waqayo baraf jirenyaakee haa ebisuu 100000000000....... nuf jiradhuu akkati si jaladhuu hadhokoo ❤❤❤❤❤❤❤❤
@GemechuBekana-bm3ss
@GemechuBekana-bm3ss 2 дня назад
Eebbifamii Leenca Dhiiraa
@user-mm5uh8zx9o
@user-mm5uh8zx9o 3 дня назад
Sol qaxallee Mucaa Yesuus ebbifammii ebbifammaa lamman kessannuu❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@Hawwine
@Hawwine 3 часа назад
Sol koo ebifami qaxalle muca waqqayyo saa ebisu ❤️❤️♥️♥️❤️
@user-fk8bz4mv9j
@user-fk8bz4mv9j 2 дня назад
Waw ❤️❤️❤️❤️sol deebii babreedda ❤️❤️❤️si ha eebbisuu waqayyoo
@AyaAyantu
@AyaAyantu 3 дня назад
Nufi jiradhu qali muca kaku ❤❤❤❤❤❤❤
@gudinakebedeofficial1430
@gudinakebedeofficial1430 3 дня назад
Soolaa eebbifamaa namaa nuuf jiraadhu❤❤❤❤❤
@singermesiiAnbesa
@singermesiiAnbesa 3 дня назад
Uuuff ebbifami sol waqayyo sii yaa ebbisu
@hawahawa2475
@hawahawa2475 День назад
Mucaa kakuu Ebbifaamii Ebbifaamii dachaa dachaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@user-oh9tu8zt5z
@user-oh9tu8zt5z 2 дня назад
Amazing Sol ebbifamii ❤❤❤❤❤❤
@user-ne9wu4yc5s
@user-ne9wu4yc5s 2 дня назад
Eebbifami Sool!!
@Dadhii-c8m
@Dadhii-c8m 2 дня назад
Ebbifamii sool❤
@galanamamo3831
@galanamamo3831 2 дня назад
I always cry whenever I heard My Hace's name
@alemayehudaba3446
@alemayehudaba3446 День назад
Me too
@user-fd6nj3fj1e
@user-fd6nj3fj1e 3 дня назад
Sol ayaani siif yaa dabalamuu kanaa caallati ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@hancalegalati2163
@hancalegalati2163 3 дня назад
Umrii dheera nuuf jiraadhu❤❤❤
@yadenikebede4724
@yadenikebede4724 21 час назад
Ebbifami sol❤❤
@user-ln8qv4bc1g
@user-ln8qv4bc1g 3 дня назад
Wwwowwo solee qaalii keenyaa nufjiraadhu Lecaakoo umurii dheeraa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Mustefabeshir-s8s
@Mustefabeshir-s8s День назад
Rabbi karaa ofii jaalaturratti si haa qajeelchu dogongora hamtuu irraa
@MasaratUlfina-hr7tz
@MasaratUlfina-hr7tz 3 дня назад
Ebbiffama qanqee show sool ebbaa sabaa hundaa ebbiffamii nuuf jiraadhu ❤❤❤❤❤
@gechtube4117
@gechtube4117 4 дня назад
Sol mucaa eebbifamaa koo ❤❤ Haftee galatoomi 👌👌
@AyantuBulcha
@AyantuBulcha 21 час назад
Waqqayoo hamayyuu ayyanasaa siif haa bayyisuu❤❤
@Alima-ec6nb
@Alima-ec6nb День назад
Jabbadhuu.goftaan.saa.ebbissuu.kabajami
@babbiyyokolii-rp3jg
@babbiyyokolii-rp3jg 2 дня назад
Maalkun Beekaan Mucaa❤❤❤❤
@lakewregassa2677
@lakewregassa2677 22 часа назад
dhugadhaa waqqayyoo sa ebbisuu Ayyaan kanii guruguramuu miti guddaa ebbifamii wanatii hundhumtuu jalalaa waqqayyotinii 😍malee naman nama fonii uffatee jiruu wanii ta'efi wanii tokkoo gochuu hin danadauu waqqayyoo Ayyaan isan siebbisuu
@KulaniNemera
@KulaniNemera День назад
Ebbifam Waaqayyo umuri si alaatu
@babbiyyokolii-rp3jg
@babbiyyokolii-rp3jg 2 дня назад
Ebbi Dhuma Hinqabne sirrattti Haabanamu
@urjiiftube5313
@urjiiftube5313 3 дня назад
Dhugaa itti baatekaa Qaxaleekoo, nuuf jiraadhu
@BirtukanDibisa
@BirtukanDibisa 2 дня назад
Woowu mucaa kakuu jabadhaa sol koo❤❤❤ ayaani waaqayyoo sirra hin dhabaminii
@bontubedesa
@bontubedesa 6 часов назад
Waaqayyoo Sii Haa Eebbsuu Eebbifamii 🙏🙏💞💞💞
@jaratesfaye8282
@jaratesfaye8282 2 дня назад
Hubannaa hafuurri qulqulluun namaaf kennu dhugaatti sirraa mul'ata. Dubbii of tuulummaan keessa hin jirre, ol aantummaan Waaqayyoo kan dubbatu, fakkeenya namummaa. Jabaadhu ayyaanni Waaqayyo barabaraan sii wajjin haa ta'u.
@hadhaako
@hadhaako 3 дня назад
Waaqayyoo dachaa saa ebbisuu sooloko ammale manaa isaa keessaatii gooftan saa jajjabessuu jabduukoo ❤️🙏🥰
@ararsamulisaofficial
@ararsamulisaofficial 2 дня назад
sool eebbifami
@user-pi4sl1gr7v
@user-pi4sl1gr7v 2 дня назад
Qaxalee Koo ❤️💕💖
@obsee123
@obsee123 2 дня назад
Sol nama guddaa Waaqayyo si haa eebbisu ammayyuu❤
@yesusejirata4025
@yesusejirata4025 3 дня назад
Ammmeen Ammmeen waqqayyoo salmon Ati nama jabbaadha♥️♥️♥️♥️🙏🙏🙏📖💯✅
@MeetiiTube-ux1ce
@MeetiiTube-ux1ce 3 дня назад
Soolii Waaqayyoo sihaa guddisu Sihaa mul'isu kana Caalaa❤
@AddunaBayisa-hl8mx
@AddunaBayisa-hl8mx 3 дня назад
Wow ebifama bayyee namati tola❤❤❤❤🎉🎉
@UsA-mn3jd
@UsA-mn3jd 3 дня назад
Nama ebbifamaa
@dararagabisa6044
@dararagabisa6044 3 дня назад
nama bilchaataa ammas ayyanni waaqayyoo si faana haata'u
@taklutadesse3240
@taklutadesse3240 2 дня назад
wow Habtish Faarfarataa Sol nuuf dhiyeessuu keef galanni kee guddaadha!
@Eeaatt911
@Eeaatt911 3 дня назад
Ebbifamii, ammayyuu!
@murtianbessa
@murtianbessa 3 дня назад
Ayyaani waaqayyoo sirratti haa baay'atu❤sol
@user-xq2mu1kk1l
@user-xq2mu1kk1l День назад
Waaqayyoo isanii haa ebbissuu
@GalgaloDalacha-d4n
@GalgaloDalacha-d4n 2 дня назад
Eebbiiffaammaa ❤️❤️
@AshemanAsheman-u9g
@AshemanAsheman-u9g 3 дня назад
Sol god bless you
@user-gq2hb5ey3t
@user-gq2hb5ey3t 4 дня назад
Ebbifamaa♥️♥️🥰🥰🙏🙏
@chalaadimasu6047
@chalaadimasu6047 4 дня назад
nama jaallatamaaf xiqqaa akka guddaa SOL Waaqayyo si haa eebbisu
Далее
Я нашел кто меня пранкует!
00:51
It was like a real simulation👩🏻‍💻
00:15
Просмотров 957 тыс.
Diree dhawaa Naannoo Ashawaa Ibbida  qabate
7:27
Просмотров 2,9 тыс.
Сосед а твоя жена.,..
0:33
Просмотров 6 млн
Он сильно об этом пожалел...
0:25