Тёмный

Dhaloota Durboo Maariyaam // Dn Heenook Fayyisaa 

Miidiyaa Sootiriyaa ሶትርያ ሚዲያ
Подписаться 2,4 тыс.
Просмотров 594
50% 1

#Dubroo_Maariyaam_boqonnaa_fayyina_dhala_namaati.
Qabiyyee barumsa kanaa muraasa
1. Hidda dhaloota Dubroo Maariyaam
2. Dubroo Maariyaam maalif dhalatte gaaffi jedhu deebisuuf
3. Raajiwwan Dubroon Maariyaam uumama taatee osoo jirtuu Uumaa ishee barruu ishee irratti baattee agarsiiste.
4. Kennaawwan Dubroo Maariyaam
5. Araarsummaa Dubroo Maariyaam
6. Fayyina dhala namaa
Yaadaa fi gaaffii sagnataalee keenya irratti qabdaniif lakkoofsota bilbilaa +251982084408 / +251982085508 irratti nuuf bilbiluu dandeessu.
Tajaajilicha bal'inaan argachuuf ykn immoo Kiristaanota biraan gahuuf karaa linkiiwwan kanaan seenuun Miidiyaa hundeeffamarra jiru kana #Subscribe, Join, follow godhaa!👇
➭RU-vid► / @soteriamedia21
➭Telegram Channel►t.me/Soteriamedia
➭Facebook Page► / soteriamedia21
#EOTC #church #Lallaba #Ortodoksii #Orthodox #faaruuortodoksii #faaruu #mezmur #sibket #ethiopianorthodoxtewahedochurch #spritual #coomingsoon #Tajaajila #salvation #tewahedo #amen

Опубликовано:

 

8 май 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 16   
@SaraMang-jv1sz
@SaraMang-jv1sz Месяц назад
Tolee in dhagefanaa WAAQAYYOO sagalee jireenya sina dhagesisuu Dn. Dhalonii dubroo maariyaam dhalotaa keenya bagaa waalinu geenye AMEEN.
@ChernetHabtamu
@ChernetHabtamu Месяц назад
Gooftan isiin haa eebbisuu sagalee jireenyaa isiin haa dhageessisu garuu yommuu barsiiftu keessa kee tasgabeessi Darbee darbee dogongoraa jechootatu sirraa mul'ataatii dhiifama garuu
@ShimelisAbera-fg9nn
@ShimelisAbera-fg9nn 24 дня назад
❤❤❤❤❤❤Heni guddata si jaallanna itti nuuf fufi waaqayyoon sagalee jireenya si yaa dhageesiisu qaxalee nama
@turkigurmuyeshi2993
@turkigurmuyeshi2993 Месяц назад
Waqayyoo goftan sagalee jirenyaa isin haa dhagechisu ebifaama 🙏🏼🙏🏼🙏🏼🙏🏼
@habtamujote
@habtamujote Месяц назад
Sagalee Jireenyaa Siin Haa Dhageesisuu❤❤❤❤❤
@AgnisA-zp6iw
@AgnisA-zp6iw Месяц назад
Waqqayyoo sagale jireenyaa isiin haa dhageesisy❤❤❤❤❤❤
@EfahFanzeem
@EfahFanzeem Месяц назад
Tolee ni dhagefannaa waqayoo sagalee jirenyaa sinaa dhageessisuu❤❤❤❤❤
@user-gh9pv9lo3x
@user-gh9pv9lo3x Месяц назад
Waqqayyoo goftaan Sagallee Jirenyaa isiini haa dhagesisu ebifamaa ❤❤❤
@omegatube7567
@omegatube7567 Месяц назад
,🌷
@lamessateshome3877
@lamessateshome3877 Месяц назад
Sagalee jireenyaa sin haa dhageessisu! Eebbifamaa! Jabaadhaa🙏
@mztube3621
@mztube3621 Месяц назад
Baga geessan baga geenye❤❤❤
@Tadeletegenge04Tadele
@Tadeletegenge04Tadele 25 дней назад
Sootiriyaa irraa waan guddaa eegna
@suyyumkasu6955
@suyyumkasu6955 Месяц назад
Eebbifami
@FanosFaye-xz9qq
@FanosFaye-xz9qq Месяц назад
Sagalee jireenyaa siin haa Dhageesisuu
@derejeayele1641
@derejeayele1641 Месяц назад
Eebbifami 🎉🫶💞
@FurtuuTV
@FurtuuTV Месяц назад
Welcome moke ❤❤
Далее
Credința oarbă - Alexandru Lohmann
40:29
Просмотров 889
ዋሬነቴ ጥቅ እደይች
51:07
Просмотров 3,7 тыс.