Тёмный

Barumsa kadhannaa kutaa 3ffaa Bsa Darajjee Boggaalatin (Dn) 

Miidiyaa Sootiriyaa ሶትርያ ሚዲያ
Подписаться 2,4 тыс.
Просмотров 482
50% 1

Barumsa kutaa kanaa ilaaluu keessan dura kutaalee 1ffaa fi 2ffaa darban yoo daawwattan hubannoo guutuu ta'e argattu.
Kutaa kanaan:-
Maal jennee akka kadhannuu fi yeroowwan kadhannaatu baratama
Yaadaa fi gaaffii sagnataalee keenya irratti qabdaniif lakkoofsota bilbilaa +251982084408 / +251982085508 irratti nuuf bilbiluu dandeessu.
Tajaajilicha bal'inaan argachuuf ykn immoo Kiristaanota biraan gahuuf karaa liinkiiwwan armaan gadii kanaan seenuun Miidiyaa hundeeffamarra jiru kana #Subscribe, Join, follow godhaa!👇
➭RU-vid► / @soteriamedia21
➭Telegram Channel►t.me/Soteriamedia
➭Facebook Page► / soteriamedia21
#EOTC #church #Lallaba #Ortodoksii #Orthodox #faaruuortodoksii #faaruu #mezmur #sibket #ethiopianorthodoxtewahedochurch #spritual #coomingsoon #Tajaajila #salvation #tewahido #ameen #Afaan Oromoo #Ameen.

Опубликовано:

 

14 июн 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 8   
@Walattee
@Walattee 12 дней назад
AMEEN waqaayyoo isin haa ebbisu sagaalee jireenyaa isin haa dhagessisu bara tajaajila keessaani haa dhereessuu ❤❤❤
@lamessateshome3877
@lamessateshome3877 12 дней назад
Waaqayyoo sagalee jireenyaa sin haa dhageessisu🙏
@user-gh9pv9lo3x
@user-gh9pv9lo3x 13 дней назад
Waaqayyoo gooftaan sagalee jireenyaa isnii haa dhagesisuu Ebifamaa ❤❤❤❤
@FanosFaye-xz9qq
@FanosFaye-xz9qq 12 дней назад
Sagalee jireenyaa isin haa dhageessisu❤
@EfahFanzeem
@EfahFanzeem 11 дней назад
Waqayoo sagalee jirenyaa sinaa dhagesisuu 🎉🎉🎉🎉
@jabesamekonon
@jabesamekonon 12 дней назад
waaqayyoo isinaa eebbisu.❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@suyyumkasu6955
@suyyumkasu6955 12 дней назад
❤❤❤❤❤
@Anafsiwak
@Anafsiwak 13 дней назад
❤❤❤
Далее
Yaadannoo Hacaaluu Hundeessaa
6:08
Просмотров 255 тыс.
🔴_An manakee_F/ttuu Faasikaa Mokonnin
6:37