Тёмный

Dhibee Toonsilii akkamitti manatti of yaalla? 

Dr Nafyad Getu Official
Подписаться 303 тыс.
Просмотров 15 тыс.
50% 1

Join this channel to get access to perks:
/ @drnafyadgetuofficial

Развлечения

Опубликовано:

 

25 апр 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 145   
@sinantube1
@sinantube1 3 месяца назад
Baga nagaan dhuftaan dr 👨‍🍳warri komenti koo kana dubistan hundi kessanuu gammachuu malee hama isiin hin dhagesisin🥰 ammo sadaffadha ani asuuman mati naf ta'a wal haa jajaabessinuu🥰🥰🥰
@Xelementgaming13
@Xelementgaming13 3 месяца назад
amen🙏❤️
@talilederesa2234
@talilederesa2234 3 месяца назад
Wow wanuma sirridha kan ati jettu.Mucaako bayyee rakkisa adaraa furmatasa natti himi
@user-ui1rb9cy5u
@user-ui1rb9cy5u 2 месяца назад
Dr thank you
@baharshow7330
@baharshow7330 Месяц назад
Dr galatomaa wly dhugaa waa bayyen addaan baafadhe asirratti ❤❤❤
@user-lw7id7qp2x
@user-lw7id7qp2x 3 месяца назад
Baga nagaan dhuftaan Dr
@user-ei1ud9xe4i
@user-ei1ud9xe4i 3 месяца назад
thankyu dr keenya
@Baruke_tube
@Baruke_tube 3 месяца назад
Duraa durisaa naggaa waqayoo lafaa jirtuti sif haa ta.uu itti hasudhanimo Gafi ko akka nafi debifitu addaakee dhukubaa tikarotii maliraa namaa qabaa2faa yeroo ammaa.kana shamarani biyaa alaa.hojetani baa.yee dhukubbaa kana saxilama jiruumalif? 3dhukubini.kuni.namara daribuu dadaa. Addaaraakee debikana nafi debiss😢😢😢 ijolee bayee madhamaa jiraa galatomi❤❤
@mimi-hx7lp
@mimi-hx7lp 3 месяца назад
Anaafis gafiidhaa 😢
@user-xc1xo9wf2k
@user-xc1xo9wf2k 3 месяца назад
Wawawa dhugaa waan gudaa tokkp sora hubaañaa.ebifamii❤❤
@Turung0Getu
@Turung0Getu 3 месяца назад
Doctor bagaa nagaan dhuftani. Barumsaa ketiif bayye galatomii anni yeroo bayye kaan naa Rakkisu qorqoro ykn gorooro bayye naa hoksisaa mee malii furmaanisaa
@Amina-gk9tt
@Amina-gk9tt 3 месяца назад
Aniille waani akaasituu naatii dhagayamaa
@KamalUmar-io2bj
@KamalUmar-io2bj 2 месяца назад
Masha Allha
@fanushalomicom1137
@fanushalomicom1137 3 месяца назад
Doctor ayyoo nuuf fiddi maaloo ❤
@user-fb1tw8qv2w
@user-fb1tw8qv2w 2 месяца назад
Mashalaaa.dotaraa.nafiyeee.qashitii.anaa.yeroi.bayee.qoqonii.nafhukubidii..malifii.garuu.kesaa.isaa.naa.wosisaa.dafotaraa.gafii.ko.nafidebisaa❤❤❤❤❤❤❤
@InnocentAtv-ig9tk
@InnocentAtv-ig9tk 2 месяца назад
Dr.bagaa nagani dhuftani anayuu amaa naa dhukubaa jirtii waqqaa duraa mataa Tukisatii naa jalaqabee guyyaavlamaa boddaa Cufetumaa naa qabbee😢😢
@zzubi4966
@zzubi4966 3 месяца назад
Dr galattooma dhuuga rabbii ❤❤
@user-bv5qr1ue2n
@user-bv5qr1ue2n 3 месяца назад
Dr baga nagaya dhufte jecha gaaffii qaba darbee darbee xiqqaate akiitaa dhigaa makaa argaa akkasuma yoon dhekkamee sagalee koo olii kasee dubbadhu keessatti dhukkubni naati dhagahaa maali jechuu waan isaa naa dhibee
@user-ww5em6wv1w
@user-ww5em6wv1w 2 месяца назад
Mee gafadhuu rabbii jedhii anilee yeroo bayee hasayuu hin dandayuu naa ukkamasaa
@user-bv5qr1ue2n
@user-bv5qr1ue2n 2 месяца назад
@@user-ww5em6wv1w rabbi nuuf haa laafiisuu akka nuuf deebiisan abdiin egaana abshiir
@user-gl9hl7yr8f
@user-gl9hl7yr8f 3 месяца назад
Yooya yooya Dr naf nuf jiradhuu
@EeliyaasGonfaaDaansaa
@EeliyaasGonfaaDaansaa 2 месяца назад
Eebbifaami doctor
@shagoh3011
@shagoh3011 3 месяца назад
Anii bayee sii galatefadhaa🎉🎉🎉❤
@halfiya4173
@halfiya4173 2 месяца назад
❤❤❤
@GutaDamtew-fy3my
@GutaDamtew-fy3my 3 месяца назад
Galatoomi DR Nafi Umurii dheertuu siif haa laatu ♥️💚♥️
@safayaatmnh
@safayaatmnh 2 месяца назад
🎉
@Mohammedtub
@Mohammedtub 3 месяца назад
Well cem
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 3 месяца назад
Yooyyaa Dr 💖💖💚💖💖
@user-nv3cz3zq2v
@user-nv3cz3zq2v 3 месяца назад
❤❤❤❤
@user-go5cn7ng8f
@user-go5cn7ng8f 3 месяца назад
Anii naa qabaa maloo malinii Dr malin dawnii
@balayghugsaa7682
@balayghugsaa7682 3 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤
@safayaatmnh
@safayaatmnh 2 месяца назад
❤🎉🎉
@KatijaBani
@KatijaBani 2 месяца назад
Galatomaa Dr❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@user-by1bb1zf1v
@user-by1bb1zf1v 2 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤❤
@goldgold-us3bj
@goldgold-us3bj 3 месяца назад
Galatoomi Dr anis qaba muca koo wagga sadii hin guttin yeroo hunda mana yaala geessa garuu turee itti deebiyaa
@user-of1uu8pb9fire
@user-of1uu8pb9fire 3 месяца назад
Dhuga waqa ani mata koo wajjin na dhukuba jiraa uuff mal furmani isaa biyya haba kessati rakadhee ani🥹🥹🥹🥹😢😢
@user-ud9ib6vn9e
@user-ud9ib6vn9e 2 месяца назад
Galatomaa dr
@user-kd4yj2po4r
@user-kd4yj2po4r 4 дня назад
🥰🥰🥰
@user-ev2oe4zp9k
@user-ev2oe4zp9k 2 месяца назад
Dr Ani yeroon waan mi'aawaa nyaadhee qonqoo keesaa naa nyataa' naa gogaa Akita naa tufsisaa
@Yeroo331
@Yeroo331 2 месяца назад
Dr thank dhugaa yeroo bayye,e kan rachaan ture kun😢
@AzizaAli-iv9qt
@AzizaAli-iv9qt 2 месяца назад
Nuf jiraadhuu doctor Kenya ❤❤❤❤
@lomitube5544
@lomitube5544 3 месяца назад
Dr nafi yero xuri lagguu namara jiru mata micachun rakon isaa malidha?
@gammachugadafaofficial8270
@gammachugadafaofficial8270 Месяц назад
Barnoota gariidha galatoomi Dr.
@DANIELSHUMA-cg4gh
@DANIELSHUMA-cg4gh 2 месяца назад
Galatoomi DOCTOR keenyaa
@SolShufer
@SolShufer 3 месяца назад
Wel com
@user-vs3ld3qn8t
@user-vs3ld3qn8t 3 месяца назад
❤❤❤❤❤❤
@shashah5417
@shashah5417 3 месяца назад
😊😊❤❤❤❤❤
@RAWANSALEH-kk7pk
@RAWANSALEH-kk7pk 2 месяца назад
Dr bacaroo kokan baralee manaa kenaa kesati ofitaa balesin
@zeinb215
@zeinb215 3 месяца назад
Nyaata liqimsu yeroo dadhabe mana yaala deemi qoricha fudhadhe yero qillesi qorrus akasuma amma iddo ani jiru qillensi hoo'a halkan Ac baneti rafa kanaf qonqon koo yeroma hunda na dhukuba
@Kadija-kn5vr
@Kadija-kn5vr 3 месяца назад
Anis akkuma kee 😢 yeroo qilleensi jijiramu na dhukkaba
@rafimajama4279
@rafimajama4279 3 месяца назад
Dr mee dhukkuba allahiki ykn asiim funyaani naf himi furmaata isaa baay'ee rakkaacha jira please
@deder9151
@deder9151 Месяц назад
Doctar gaaffii 1 Qaba gaffiin koo yeroon Sochii Fageenya kilomeetira 3 Hanga 4 milaan demee Qaamni koo akka malee (Bayyee ) na hurkaa Maalii rakkoo isa Mee naf ibsi doctar
@xoybaatube7609
@xoybaatube7609 3 месяца назад
Anii yeroo hun daanadhuukuubaa yerootokotok hagaanatiiulfaachuu gaha manaa yalaadeeme murii nan jedhaan anii garuu muruu hin dandeenyee biiyii anii jiruu ulfaataa
@orom5531
@orom5531 3 месяца назад
❤❤❤❤👍👍👍❤️❤️❤️❤️🥰🥰🥰🥰🥰
@fireederesaafireederesaa3513
@fireederesaafireederesaa3513 3 месяца назад
Dr Galaatomii❤❤❤❤❤
@shagoh3011
@shagoh3011 3 месяца назад
Galatomii dr keenaa
@zawuditubontu4438
@zawuditubontu4438 3 месяца назад
❤❤❤❤❤
@Mitikubekela
@Mitikubekela 2 месяца назад
Dr anaan qufaan yommuu naa qabatuu naa dhukkubaa
@talilederesa2234
@talilederesa2234 3 месяца назад
Doc mucaako bayyee rakkisa maal naaf wayya?
@Amina-gk9tt
@Amina-gk9tt 3 месяца назад
Waani kunii waani beeya naamidhaturee keessatu yeroo oo ii jiruufi yeroo muukeyefaa dalaguu faaa Naatii haamata turee
@Hababaye
@Hababaye 2 месяца назад
Dr diimni malif hadha fakati ykn hadhati bati? Pls debi
@amalaz5675
@amalaz5675 2 месяца назад
Dr mee bayee rakkadhee naa garii anii xurii laguu kiyaa ji.aa isaa egee natii hin dhufuu osso natii hin dhufinii ji.aa jahaa faa egaa maloo rabbi jedhii furmataa isaa natii himii
@biruktamiratofficial358
@biruktamiratofficial358 2 месяца назад
Doctor please waanta nama furdisuu nuttii himii adaraa
@user-hn8lb8vo7q
@user-hn8lb8vo7q 3 месяца назад
Welcom. Dr.N N❤❤❤❤A❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉
@HindiAbajihad-ei9by
@HindiAbajihad-ei9by 2 месяца назад
Dr yaaroo bayyee naa dhukuba yaaron Wanyadhu qoqo koti Gama gamanti na gala garuu maalifi pelease naa debisi
@sifaanifeyisa4365
@sifaanifeyisa4365 3 месяца назад
Nagaan sif ha ta'u akkam jirta Dr kenyaa gaafin ko toonsili miti garuu liqimsitu kiyya irrati oli oso hin ta'ina kessa gara gaditi xiqo na dhitofte mal furmanisa biyya arabaan jira pls dar na gargarii
@user-kk9ni4pg8y
@user-kk9ni4pg8y 3 месяца назад
Dr nafii please mee barnnoota kee kana obn ummanni kenyaa smma tokkoo waan lalaaf achii irratti barsiisi please barnnotaa barbachiissota'aan kana kessumaa dhukkuba kessuma haslsn nama midhaan , Akka isinuu jetaan qorrichaa olaadhaa fudhani ykn kanama birattif kenname liqqimsuu ,😅😅😅👌👌, akkassumalee pilisinni feedhee fa'aa ijjatti naqaachuu wuuyyii bayyeedha 😮 bayyee bayesa obn wajjin oso ta'e
@rafimajama4279
@rafimajama4279 3 месяца назад
Dr waanti waayyii qamaa salaa kessaati nama baayu maalif naaf deebissi mee 😢😢😢
@user-pg4mn5rw8h
@user-pg4mn5rw8h 2 месяца назад
Dr .kiyyaa toonsilii yeroo tokkoo tokkoo waanii addii basaa garuu bay'ee naanii dhukkubuu bay'ee kaanii naa Rakkisuu laggaa koo keessaa shiiftaan na'aa godhatee naa hoosisaatti kanaf moo qorchiisaa maali manaa yaalasi demeraa garuu kiinnii dimmaa waayyii nattii keennaani homaa na'aa dhiifnee yeroo tembitteechara manaa keessaa bananni bay'ee natti ho'aa naa cicciniinaa
@masaratbayyannee-qi7qh
@masaratbayyannee-qi7qh 2 месяца назад
Anii hin Qabuu tokoo malee dhugaa waqqayyoo 😢😢😢😢😢😢😢asasee 1karaa migaa malee mallii godhuu garuu 😢😢😢😢
@YakubErkiso
@YakubErkiso 3 месяца назад
Malaan toonsilii kun yoo dhohe nama ajjeesa jedhanii akkaam doctor dhugaadhaa
@hanatu
@hanatu 3 месяца назад
Dhuga waqayoo anii rakadhee bukee lamani na dhitahaa bishanii dhuguu fi nyataa nyachuu sodadhaa dhukubnii kunii umurii ko gababsaa jiraa kutee basaa jedhee manii yalaa biyaa arabaa hidaraa wanii taefii dhisii korichaa fayadami jedhanii gafaa biyakee galtee kutii basii jedhani anii ijolumaa ko kasee hagaa haraa hunumaa rakadhaa jisaa sadii sadii natii debiaa 😢
@user-tw3ww4ky8c
@user-tw3ww4ky8c 3 месяца назад
Gaaruu midhaa gessisa dhifama
@FatimaBadru-
@FatimaBadru- 2 месяца назад
Akami jirtuu Ani yeroo bayee tosilii na dhukuba wanatoth foolii qabaniri fi bishan qoraa ira nati debiaa akasi ni tah galatoma ❤
@shjdhaid4271
@shjdhaid4271 3 месяца назад
😢😢😢
@myuae3401
@myuae3401 3 месяца назад
💪💪💪❤❤❤
@JameelaJameela-je6tl
@JameelaJameela-je6tl 3 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤galatomii sanyii koo ❤❤❤❤❤❤❤
@YasinHashim-zi5bo
@YasinHashim-zi5bo 3 месяца назад
3
@rahmaaturii8944
@rahmaaturii8944 2 месяца назад
Waa dhuguu nyaachuu na dhogaa ana
@user-po6ez5lx7s
@user-po6ez5lx7s Месяц назад
Galatoma Dr Naafiyaad
@AwalHb-th6bg
@AwalHb-th6bg 2 месяца назад
Dr Mee naf himii Lapee ko Nahafana Afura guda basiibasii nagodha Akkasu Wan akka adhaha fatu ol najedha
@Amina-gk9tt
@Amina-gk9tt 3 месяца назад
Amaa waani Akanaa kanatuu naadhukubaa
@myuae3401
@myuae3401 3 месяца назад
Dr and A ❤❤❤
@user-so3yc3zz2z
@user-so3yc3zz2z 3 месяца назад
Dr Kenya heddu galatomaa
@zinashob6560
@zinashob6560 3 месяца назад
maloo naaf debbisaa dr anan yeroo dheradhaaf naraa turee jiraa tonsiilin kun mana yaala yeroon demuu qorichumaa naf ajajuu garuu hommaa naf gochuu hin dandenye mee maal naf wayyaa
@IkiramAbrahim
@IkiramAbrahim 3 месяца назад
doktori ifira.yoo.muran malii rakodha qaba
@user-tw3ww4ky8c
@user-tw3ww4ky8c 3 месяца назад
Galatomi dr naafi gaaradhumaa kessa naafidubbate yeroo hunda mucaa koofi Anafi rakkina ture
@fanushalomicom1137
@fanushalomicom1137 3 месяца назад
Dhugaa dhaa dotor ani biyyaa araba kana ti dhibbee koo guddaa kan
@sagalseeqashow6611
@sagalseeqashow6611 3 месяца назад
Haaja jabduuf si barbaada ani doctor gaafiin kiyyaa kufeen lafa ga,ee yeroo kana mormi ko baayyee na miidhamee na dhii,itawee waan akka dhagaa tokko na baasee akkamiin fayyuu danda,aa ? Fuula telegram keen nuf maxxansii hadaraa
@user-dq8rh6lo5t
@user-dq8rh6lo5t 2 месяца назад
Anan yeroo baay'ee naa dhukkuuba ijjoollumaa kootti kasee hangaa har'aa naa dhukkuuba jiraa..... Mala Aadattin akkan kutuu naatti himma turaan namoonni garagaara....garuu nan didee....😢 Yoo dandeessan gaaffii kana naaf deebisaa Dr. Keenyaa Toonsiliin yoo namattii deedebi'ee nama dhukkuube gara dhukkuuba Cancers tti jijjiiramuu dandaaha??? Yeroo baay'ee gara kanatti jijjiiramuu dandaaha naa jedhuu Oggesoonni fayyaas ta'ee namoonni kan biroonis.....please naaf deebisaa gaaffii kiyyaa Doctors keenyaa 🙏
@mohammedaminnagash3715
@mohammedaminnagash3715 3 месяца назад
Bayee bayee galatomii dhugaa Anin Toonsilii qabaa jedhee sodachaa turee hubaa qoqoo Nahaa dhearee xiqoo
@sumayaayeeshawalij9158
@sumayaayeeshawalij9158 3 месяца назад
Welcam dr
@user-lb4oe7dz7e
@user-lb4oe7dz7e 3 месяца назад
Anatuu duraa lalee
@sinantube1
@sinantube1 3 месяца назад
Like sif godhe jira matii naf ta'i🥰🥰🥰
@buriteabide5242
@buriteabide5242 3 месяца назад
❤👌
@RobidaM-ui8dg
@RobidaM-ui8dg 3 месяца назад
Galagomi Dr ani yeroo dheraaf rakkaacha turee ani waggaa 26 garuu yeroo hundaa Tosili naa dhukkuuba ati daiimmaa nan jedhaan hiriyoon tiyyaa kaa ani jiradhuu biyyaa dubay manaa yallaa yeroo hundaa demaa garuu jijiraan jiruu
@DammeIrresso
@DammeIrresso 3 месяца назад
Dr wly torbbe tokko guutu bishanuma dhuguun dadhabee ilaa hanga ammati na dhukkubdi😢😢
@AguareeAgua
@AguareeAgua 3 месяца назад
Waan kanatuu naa rakiisee wly bakaa arabaa xiqashuu kan aga qoqotii akkanumaa naa dhukubaa maal Furumaniikoo 😭😭😭😭
@biftutariku7620
@biftutariku7620 3 месяца назад
Waggaa bayyee turee ergaa naa qabee tonsili bayyee naa rakkisaa jiraa😢
@dibaleedubai1193
@dibaleedubai1193 3 месяца назад
Galtomi dr
@nasdima3742
@nasdima3742 3 месяца назад
Uuuuuuuuuuu😢😢😢😢
@user-ui1rb9cy5u
@user-ui1rb9cy5u 2 месяца назад
Galtomi dhugaa jete furumani hoo akkami ittifama
@user-jm1zc8yh5z
@user-jm1zc8yh5z 3 месяца назад
doktar gateti hoga dhera nadhukuba debi balinan nuf himi ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@ChalaFikadu-gb2ql
@ChalaFikadu-gb2ql 2 месяца назад
Garaa ni dhukkubsay dr
@zeinb215
@zeinb215 3 месяца назад
ani wanta qorraa yo nyaadhu ykn bishan qorra yeroo dhugu na dhukuba qonqo na gogsa
@user-jo7eb5nu2i
@user-jo7eb5nu2i 2 месяца назад
Halitosis pls
@user-fq3ln7py1h.oromoo
@user-fq3ln7py1h.oromoo 2 месяца назад
Doctor.me.dukubi.matha.sababi.isha.naf.himaa.rabi.jedhatii.nadebIsha.malaton.isha.samu.kAna.keshan.owii.nAbaya.yalamufis.biyaa.ormatin.jiraa.pilis.nadebishaa🎉🎉🎉🎉
Далее
Как вам наш дуэт?❤️
00:37
Просмотров 902 тыс.
Maybe a little TOO much gel 😂
00:12
Просмотров 14 млн
EVOLUTION OF ICE CREAM 😱 #shorts
00:11
Просмотров 6 млн
Kaanserii harmaa akkamitti ofirraa ittisu?
48:16
Просмотров 3,3 тыс.
🔥29 July 2024
21:50
Просмотров 2,6 тыс.
Marsaa Laguu/Xurii Yeroo malee dhufuufi jeeqamuu
29:31
Aafiyaa: Dhukkuba Tiruu, Dr. Muhammad Huseen
38:31
Просмотров 14 тыс.
Как без этого..😂
0:15
Просмотров 1,8 млн