Тёмный

DHIMMA WALLAGGAA! DIRAMAA GABAABAA | WATAJJII MO'AA TV 

MO'AA TV
Подписаться 198 тыс.
Просмотров 33 тыс.
50% 1

#SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE
DHIMMA WALLAGGAA! DIRAMAA GABAABAA | WATAJJII MO'AA TV

Опубликовано:

 

7 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 155   
@ollifantube6775
@ollifantube6775 4 года назад
Uuuuuuuffff in wa'ee matii issati dhipatuu naa bosisee 🤦‍♀️😭😭 garuu Ebbifamaa Bayy'eee namatii tolaa
@ryhsgbj1851
@ryhsgbj1851 4 года назад
Dhumartii shef bayee nama kofalchiisa jabadhuu obbolowankoo
@huluncayeketema9313
@huluncayeketema9313 3 года назад
ayiiiiii waeen maatii ofii dhuguumaan qalbii nama fuudha.
@bireeyoutubebireyoutube1705
@bireeyoutubebireyoutube1705 4 года назад
Wowowowo bayyee namati toltu Ebbifama nama kofalchistuu dhugaa 😃😃😃🤣🤣🤣♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️ Ebbifama
@abdiabdi7026
@abdiabdi7026 4 года назад
Uuuuuffff waheen maati akkati nama dhiphisuu 😭😭😭😭😭biyyaa ormaa kessaati akkati dhiphacha jiraana garuu namni nuuf hin bekuu😭😭😭😭😭😭😭yaa waqayyoo maati kenyaaf biyyaa kenyaa nageenya busii🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
@saadcell5900
@saadcell5900 4 года назад
Tv mo.a waqayyoo dacha issin haebisuu nu boharsituus nu barsiftuus kadhanas nuuf gottuu galtomaa🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🌹🌹🌹🌹❤️❤️❤️❤️
@naeemanaeema5637
@naeemanaeema5637 4 года назад
Eyee itti muda wa,ee wallagaa bayyee gaarii dha jabadhaa
@astuusifamayuuabdinjirawaq257
@astuusifamayuuabdinjirawaq257 4 года назад
Wawawawa bayee garidha ebifama warii mo,aa TV hudii kesanuu jabadhaa itii nuuf fufaa 🙏🙏🙏🙏💯💯💯💯
@enatmom4253
@enatmom4253 4 года назад
jabadha.
@Abdi-Amsalu
@Abdi-Amsalu 4 года назад
Kan daawwattan hundumtuu galatoomaa sabaaf keenyaaf kadhadhaa, aartii keenyammoo jabeessaa.
@diribedamana5036
@diribedamana5036 4 года назад
Abdi Amsalu bati jabadhaa hojii barreeda hojechaa jirtuu artii oromo gudisufi amaa bakknuf ama dandenyuun sini cina dhabana yomiyyuu mucaan shini cabsee sana dirama Enyuu maraatuun jedhu Tiv moo'a irratti gafan arge bayy'een kolfe. Kana ama garu bayy'ee natti dhag'amee .nutisi gafa mana arabattii meshaan nuraka akka dingata lafa bu'ee cabuu waaqaf laftuu nutii dukana'aa. Akkuma muca shini cabsee kan ijaa babsana dhabeen kkkkkkkkkkkkkk .saba kenyaaf wallaggaa fisi hinkadhaan anii wallaggaadhaa mattikoo akka midhanii belahee akka bishaanii dhebochaan jiraa
@Abdi-Amsalu
@Abdi-Amsalu 4 года назад
Tole eebbifami haalli keessa jirru gaarii ta'uu baatus sabaa keenyaaf dubbachuu irraa boodaatti hin deebinu,ijoolleen keenya biyya bakkee curtains akkasitti yaadumaanillee gaafa nu jajjabeessitan baay'ee nutti tola, waan dandeessanii nu Cina dhaabbadhaa, galatoomi obboleettikoo!!!
@diribedamana5036
@diribedamana5036 4 года назад
@@Abdi-Amsalu qabeenyaa oromon qabu keessa ini tokko sabassattii gafa sabnii kenyaa nagaa qabatan nutsi sammuun nagaan hojene biyyaa kenyaaf mattii kenyaa nii jijirraa jene abdan . Ido tokkummaan jiruu moo'ichaatuu jiraa waaqayyoo Saba kenyaaf Jaalala Tokkummaa Akka kenusi nii abdan.shiri dina yomiyyuu kayyoo keenyara bodettii nunu debisu ittiyyuu nuucimsa . Isinii jaabadhaa dhallottaf nuubodee dhufanif amaa waltanee biqilltu qajelluummaa tokko dhabenee darbinii oromon jarawan darbanisi du'un dhisnee. Morkateemaa ama amattii mirgasaf falamachaa jiraa . Yomiyyuu kenyaarattii halagaa hidhisunu. Nuttisi warii haar'a biyyaa ormattii bu'aa ba'ii jireenyaa dabarsinuu kuni boru akka dhallotta nuu bodedhaan dhufaan godansii kuni akkan hini mudaneefi . Oso biyyaa kenyaarattii halagaan kore jiraatuu nuttii warii irratti dhallanee gudaan amaa yomiittii boo'aa jiraan biyyaa hamba . Yoo nuttii haar'a ofira cabsine dhallonii nuboden dhufan wanjoo garbummaa jaalattii gidirfamuuf qabanii .dhugaan lubbuu qaba !!!!!!!!
@Abdi-Amsalu
@Abdi-Amsalu 4 года назад
@@diribedamana5036 sirrii jette akka har'aa kanatti hin hafnu tattaaffii keenyaaf Gargaarsa waaqaayyoon rakkina keenya har'aa kana seenaa goona, dhalooti nu booda a biyya bilisoomteef wal qixxummaatti amantu akkannii dhaalu abdiin qaba.....iabaadha Waliif kadhanna.
@beshaagetachew6887
@beshaagetachew6887 4 года назад
Bayyee baredaa dhaa jabadhaa kanumaa qofaani hin hafiina
@arifashak6072
@arifashak6072 4 года назад
Nuuf jiraadha waqayyoo isiin haa ebbisuu Akkasumas TV MO'AA Ebbiifama hundii kessaanu 😍😍😍😍😍😍😍
@waqayyootikseekotianihomah3827
@waqayyootikseekotianihomah3827 4 года назад
Ayii Bay'ee Nama Gadisisaa Dhugaa
@ganetmucaaiyesusiyesus3909
@ganetmucaaiyesusiyesus3909 4 года назад
Wow ebifamaa dacha tv mo.aa hundii kessanu
@asterdejene1685
@asterdejene1685 4 года назад
Waqayyoo siinii yaa eebbiissuu eebbifamaa
@songofsongs2973
@songofsongs2973 4 года назад
ru-vid.com/show-UCpuLS_yQ0a6a4UUCn7RGEfg Subscribe naa goodhi
@burteoromo5392
@burteoromo5392 4 года назад
Iuufff bayyee namatii tola kesatuu wayee matii😢😢😭💘
@waqaayyojalalaanocles1518
@waqaayyojalalaanocles1518 4 года назад
Ebbifamaa
@pacopaco9537
@pacopaco9537 4 года назад
Eebbifamaa waan namaa booharsuu fi namaa bashanansiisuudha
@ababachfayera826
@ababachfayera826 4 года назад
Waca male hin dhagahamu sagalee sirreessa xiqqoo bubuleera jedhee jabaadha qomoowwan koo
@biliseegudeta4430
@biliseegudeta4430 4 года назад
Dhugaa rabii inii hojechistu sun akkana gara in jabatin abo waq sirii mitii banatachu waq wa'e biya kiya na yadachistaniii😭
@asadxxassess721
@asadxxassess721 4 года назад
Ebbifama
@boonikiyyaa2926
@boonikiyyaa2926 4 года назад
Galatooma waan yeroo waliin adeemudha
@user-tv4dd7zm5o
@user-tv4dd7zm5o 3 года назад
Uuuuuffffeeeeee uuuuuffffeeeeee akka dhiyetii hin hafuu nuuf bari'aa lammii koo 😭😭😭😭😭😭😭
@bekaderessa1517
@bekaderessa1517 4 года назад
Thank you for your doing great job
@phawulosgemeda6861
@phawulosgemeda6861 4 года назад
Nuuf jiraadhaa ijoollee Oro! Ee akkanatti sagalee waliif haa taanu maaloo
@tirunehrebuma9509
@tirunehrebuma9509 4 года назад
Ergaa jabduu. Garuu qulqullinni sagalee baay'ee gadi bu'aadha.
@sonnetsonner2543
@sonnetsonner2543 4 года назад
Uuuuuufff dhugaa inoo akka madami gubee kaa maloo nitwoc Walagaa dhugaa nun bayyee rakkisee waqaayyoo nu gargaruu malee
@lenzilenzi571
@lenzilenzi571 3 года назад
Hin lolinii hobolesaa waqotiin 💚💛❤👍👍
@lilalila775
@lilalila775 4 года назад
Wwwww dhugaa akkatti namattii toluu but jiradhaaa
@biliseegudeta4430
@biliseegudeta4430 4 года назад
Dhugaa rabi mucan miskin sana yeron refuu biya ba'e na yadachiste waq obsii
@hawaaimon3647
@hawaaimon3647 4 года назад
Kuni waanuma keessa jiruudha dhugaa ebbiifaamaa maati Mo'aa 😍 😍 😍
@dinkechemeda4462
@dinkechemeda4462 4 года назад
Amen
@oromostudio3645
@oromostudio3645 4 года назад
Heedduu namatti tola jabaadha
@ranaalmokadem4713
@ranaalmokadem4713 3 года назад
uuuuuuufeee bayee namatii tolaa garuu in matii isatif dhiphatuu namaa bosisaa ebifamaaa
@kuriikurii1411
@kuriikurii1411 4 года назад
Ebbifamaa.baay'ee namatti tola!
@askaletube9672
@askaletube9672 4 года назад
Wallaggaaf qaalbi diddirachuu n fuula waaqatti dhihaachu qabna
@gutuabeya5378
@gutuabeya5378 4 года назад
Waaqayyoo furmaata nuuf haa Kennu malee gubbaneera. Uuuf Wallaga!
@kidimassoud4414
@kidimassoud4414 4 года назад
Uufffff dhugaakeetiiii waaqayyoo jiraatadha ameen
@tsedalechbusha9097
@tsedalechbusha9097 4 года назад
Good job guys
@AhmadAhmad-je3xf
@AhmadAhmad-je3xf 4 года назад
Wow imchl
@zamariialemlamaalem6732
@zamariialemlamaalem6732 3 года назад
EBBIFAMAAA dachaa
@shumekebedekebede3813
@shumekebedekebede3813 4 года назад
eebbifama baayyee namatti tola
@ceritotesgera8023
@ceritotesgera8023 4 года назад
Wanuma kessa jirruudha dhugaa waa,een networkii kuni
@tijiidkce3370
@tijiidkce3370 4 года назад
Uuuuuuffffff😥ebbifamaa garu baaye'e namatti toltu
@oliimanaqabnna6142
@oliimanaqabnna6142 4 года назад
Maaloo uuuuu garaa nama nyaata inni waa'ee maatif jecha yaanni isaa hatame sun Ebbifamaa hundumtti keessan
@lilalila775
@lilalila775 4 года назад
Maloo ofiikoo natii fakkatem wayyoo gafan network.wallaggadha bade sana Mana araba gafan hojjedhu nitin bira hojjedhu akkas na gotii dhuga wayyooo😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🔚😭
@chalitube7328
@chalitube7328 4 года назад
nannaa essatti hojjettu waliin hirmaaachuu akka dandeenyutti
@hawiinetoroshawaash4850
@hawiinetoroshawaash4850 4 года назад
Bayyee Gariidha 💓
@sabonituwallaggaabdisa7137
@sabonituwallaggaabdisa7137 4 года назад
Uuuuuuuuuuff anilee akkuuma issaa taa,een jirra
@kidimassoud4414
@kidimassoud4414 4 года назад
Haa boonii dhugaakeeti haadhokoo hundumaa keenyaatti xabachaa jirti interneetni abshir tirukoo guyyaan nii dhufaa😘😘😘😘😘😘😘😘😘
@demmid3734
@demmid3734 4 года назад
Wayyo kan maatii isaatif yaadu kana gara nama nyaata ebbifama kallatti hunduman barnota nuf kenna jirtu
@dasitatube8046
@dasitatube8046 4 года назад
Jabadha mati mo'aa bayee namati tola
@bontuuwalggaa2091
@bontuuwalggaa2091 4 года назад
Amasii maloo itti nufii dadablaa malloo diram babareedasaa galtomma bayee dhugaa
@shibirreemokonin843
@shibirreemokonin843 4 года назад
Uuuuffff dhugaa naa bosisee abban nitowrki
@abayineshbekele3778
@abayineshbekele3778 4 года назад
Anallee hojii narkaa gatee kunoo
@setadida9943
@setadida9943 4 года назад
Uuuuuf wallagaa koo
@kidimassoud4414
@kidimassoud4414 4 года назад
Uuuuu maal nuuf wayyya egaa wayii wallagaaaaaa yoom laata guyyaan yaadatamu
@ebiseebise1843
@ebiseebise1843 4 года назад
Kkkkkkk wayyii nitorkii
@dawitgirma4077
@dawitgirma4077 4 года назад
kkkkkkkkkkkkk bay.ee gari
@bontuuwalggaa2091
@bontuuwalggaa2091 4 года назад
Dhugaa kee jeetee dhugaa
@tigistfekere7149
@tigistfekere7149 4 года назад
Uuuuf kan nasuu saa yuu
@nasaphone3340
@nasaphone3340 4 года назад
Kuni hunduu hojjii abiyoti fi warra pp
@iyesusabdiikoot352
@iyesusabdiikoot352 4 года назад
Ebbifaamaa
@beshaagetachew6887
@beshaagetachew6887 4 года назад
Kkkk yeroo hundaa akkaanatii nufii kotaa dhufaa hin badiina malee
@ryhsgbj1851
@ryhsgbj1851 4 года назад
Nun warii biya arbaa ruzii arbaa gubaa irraa debinee hojechun gollaa in benii ollaa jiira ...hojiins narkaa hin dhumu dhugaa waaqa
@ryhsgbj1851
@ryhsgbj1851 4 года назад
Maalan dhagaa laata jechuun yaadii in jiru...wayo biya oroma ottu yero rakiina kan isaan fana jiiradhe raakadhen fiiladha
@diboraayesus163
@diboraayesus163 4 года назад
Mali ijoo gurban abba hootela kana mana hoo arabayu wayyaa abeet cinqii
@Abdi-Amsalu
@Abdi-Amsalu 4 года назад
Dibooraa yesuus.....Baayeman garaa jabaadhe mitii?
@diribedamana5036
@diribedamana5036 4 года назад
Wayyoo garakoo maloo dhumaraa kolfaan du'ee hhhhhhh kkkkkkkkkkkkkk wayyii network ununu mana araba keessatti nuu marachuufi dhugaa
@diboramucayesus2508
@diboramucayesus2508 4 года назад
Anile dhuga waqayoo akkuma keti
@diribedamana5036
@diribedamana5036 4 года назад
@@diboramucayesus2508 waaqayyoo saba kenyaaf wallaggaaf nagaa haa busuu male maal Gona 😭😭😭😭
@diribedamana5036
@diribedamana5036 4 года назад
@@kidimassoud4414 abshirii qomokoo waaqayyoo Saba kenyaaf bara nii fiida
@diribedamana5036
@diribedamana5036 4 года назад
@@kidimassoud4414 eyyee harikii waaqayyoo hundumaa daanada'a 💗💞💔😍😘😘😘😘😘 Eebbiifamii dachadhanii
@songofsongs2973
@songofsongs2973 4 года назад
ru-vid.com/show-UCpuLS_yQ0a6a4UUCn7RGEfg subscribe naa godhi
@hawaaimon3647
@hawaaimon3647 4 года назад
uuuuuuu maalif akkasiiti gara jabate inni tookko kkkkkkkk
@meetidinqa935
@meetidinqa935 4 года назад
Eebbifama Waanuma kessaa jirrudha waa'ee network
@nesrohussein7315
@nesrohussein7315 4 года назад
Hedduu namaati tolaa galaatoomaa
@diboraayesus163
@diboraayesus163 4 года назад
Kkkkkkkk hundu rakkina qaba Gubane 😂😂😂🤣🤣
@salihahassen2370
@salihahassen2370 4 года назад
Qboo Marisa wallaahggaa haa bahanika net cufun ummata wallaagga yadasa ykn enyummasa cufuu miti kanafuu hin dhamahina jedhan wallaagga kiyya siin jalladha Rabbii sii haa dheguu
@askalenegera3844
@askalenegera3844 4 года назад
Kkkkkkk wanumaa keessa jirudhamo
@Hana-ld2id
@Hana-ld2id Год назад
Dhugaa keessanidha waa'een wallaggaa lee baayee nuu gubaa jiraa Waqqayyoo furmataa nuuf haa kennuu?
@bontuuwalggaa2091
@bontuuwalggaa2091 4 года назад
Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk wayoo yaa garaakoo
@ibroilmafaxum9982
@ibroilmafaxum9982 4 года назад
Yaada bareedadha
@gemechuabdisa1763
@gemechuabdisa1763 4 года назад
Galatooma
@fikiruabdisa7162
@fikiruabdisa7162 4 года назад
Mana Taayyee Dandaa;atii
@gizuutube413
@gizuutube413 4 года назад
Uuufffuuu anu ergaan mattifi dawwalee ji'aa 2 ga'een jirraa network Wallaggaa irraa baduu isaatii bayy'ee nu midhee jirraa mali gonaa obsani eganna malee
@lalisegiddisa2415
@lalisegiddisa2415 4 года назад
kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk. 😭😭😭😭😭😭😭
@lalisegiddisa2415
@lalisegiddisa2415 4 года назад
uuuuuffffff Ani iyyuu maati koo ergaa dubiise ji'a 1 fixeera dhugaa
@lensasanyihacaaluhundessa7246
@lensasanyihacaaluhundessa7246 4 года назад
anis maaati kof ergan bilbile ji'a 2 fixera uuuffff wallagga koo
@ryhsgbj1851
@ryhsgbj1851 4 года назад
Wayoo maallo garaa nama nyaata kan kenyaa imoo enyuu nuuf hojetaa .
@ababachfayera826
@ababachfayera826 4 года назад
Waliif obsaa maaloo kkkkk
@rookkeetioromootube3179
@rookkeetioromootube3179 4 года назад
bareddaadha garuu afaan oromoo qofadhan utuu hojeetame attam gaariidha?
@obssinetijiraannaa4352
@obssinetijiraannaa4352 4 года назад
Uuuuuuuuuf malo 😭😭😭
@ibsaleta6958
@ibsaleta6958 4 года назад
nama gaddisiisa
@kkookeetadisu2475
@kkookeetadisu2475 4 года назад
Atoo maddamii maa calaate ka'a
@kidimassoud4414
@kidimassoud4414 4 года назад
Kkk,kkkkkkkkkkkkkk dhugaaketi
@caaliihuruma7187
@caaliihuruma7187 4 года назад
Maaloo nuti kana mana madamii jiruu wayya uuuuuuuufffee
@meyraatech-talk7949
@meyraatech-talk7949 4 года назад
jabaadha ,ni dandeessu. Aartii keenya guddisaa, warra laga keessa deemee waraabee aartii afaan oromoo fokkisiisu harkaa dirree fudhadhaa.
@diboramucayesus2508
@diboramucayesus2508 4 года назад
Maaloo waa'ee nitorki gubanadhe
@wodehord7063
@wodehord7063 4 года назад
Waqayo oli waqara furmata nuf akenu mali jenare yajama aba firdi ka’i ati tesokeeraa
@diboraayesus163
@diboraayesus163 4 года назад
Balan bute🙆‍♂️
@itichadebelo9646
@itichadebelo9646 4 года назад
IHIM!
@fareedafre1134
@fareedafre1134 3 года назад
Uuuuuuffffff maloo wan bayee gara nama nyatu Ani obolesa koos nan yadadhe uuuuuuffffff😭😭😭😭😭
@razamalll9776
@razamalll9776 4 года назад
Kikikikikikikikikii kikikikikikikikikii wayo garako
@ayantualamayo9800
@ayantualamayo9800 4 года назад
Maloo mucaa isaa wa'ee matii isaf dhiphatu sana uuuuuuufffeeee
@enatmom4253
@enatmom4253 4 года назад
subscribe sii godhe atisi subscribe nagodhii walii hagagaruu. sanyii koo
@songofsongs2973
@songofsongs2973 4 года назад
ru-vid.com/show-UCpuLS_yQ0a6a4UUCn7RGEfg Subscribe godhi yoo sifayyadeef ilaaliti
@ramusalemeh7850
@ramusalemeh7850 4 года назад
Kkkkkkk maloo tosisaa Fudhatee habaduu nasun kun hunduu mali
@clickcell5672
@clickcell5672 4 года назад
😭😭😭😭😭
@naanibayisa6405
@naanibayisa6405 4 года назад
Dhuga anu mati yade waqayo abiye nura ha kasu
@shibirreemokonin843
@shibirreemokonin843 4 года назад
Oromoo koo😘
@kidimassoud4414
@kidimassoud4414 4 года назад
😍😍😍😍 oromoo maaltu jiraa dhumnee nutoo uuuuuu uuuuuu kessuma oromoon wallagga dhumnekaa maalooo
@dabalezode3702
@dabalezode3702 Год назад
𝑾𝒂𝒚𝒚𝒊𝒊😢😢😢𝒘𝒂𝒍𝒍𝒂𝒈𝒂𝒌𝒐𝒐
@hawiibirisaxigeewaqayogofo5514
@hawiibirisaxigeewaqayogofo5514 4 года назад
maloo kono ini biyasasi akati joja jira eda ani biya horoma ti joja malo ini mati dhpatu akumako te ini aba bayanati mo akuma nadheni wara araba of fakese ka lamiko malo safu ya jirenya himi himi himi 🍅🍅🍅🌶🌶🥕🥕🥕🥖🥖🥖
@bontushow2430
@bontushow2430 4 года назад
Kkkkkkkk
@razanhanbali7602
@razanhanbali7602 4 года назад
Ebbifamaa
Далее
EENYU MARAATUUN ? | WALTAJJII MO'AA  | MO'AA TV
16:15
Просмотров 35 тыс.
Первый день школы Катя vs Макс
19:37
OG Buda - Сабака (A.D.H.D)
02:19
Просмотров 127 тыс.
Men Vs Women Survive The Wilderness For $500,000
31:48