Тёмный

Dhukkubbii dugdaa fi furmaata isaa 

Dr Nafyad Getu Official
Подписаться 316 тыс.
Просмотров 36 тыс.
50% 1

Dhukkubbiin dugdaa maal irraa kan kahe namatti dhufa?, furmaanni isaahoo maali?

Опубликовано:

 

7 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 270   
@qalloowarratuulamaashaggar1477
@qalloowarratuulamaashaggar1477 2 года назад
Uufff anuma dawwoo osoo argadhee an bayyee na dhukkuba akka waan madaa qabu jireenyi biyya ormaa kunis waanuma meeqa nu dhabasiste akka Aadaaa keenya durbi osoo deesse hin argin waa'ee dugda hin himtu keenya garuu akkaf gar nu dhorka jira keessatu shammarra keenya kan biyya ormaa kan jiru dhuma keenya haa tolchu Rabbii 😭😭😭😭🤲🤲
@zaramusaendirszaramusaendi7936
@zaramusaendirszaramusaendi7936 2 года назад
Uuuùuuufff anii dadhabee walahii
@dannamabubaaa8481
@dannamabubaaa8481 2 года назад
Dhuga ketii wanni ofi si bicha mitti
@itiyopiyaalezelalemtinur649
Dhuga dha 😭😭😭
@ameenaame7204
@ameenaame7204 Год назад
😭😭😭😭😭dhugaa keeti wollaah rabbiin nuuf haa laafisuu jiruu biyyaa ormaa
@user-mh5uf2lb9r
@user-mh5uf2lb9r 11 месяцев назад
Uuufee anis wollah hedu na dhukkuba
@MargaaAbdiisaa
@MargaaAbdiisaa Месяц назад
Nuuf jiraadhu doktor.bagaa sanyii koo ta.aate sittin boonaa ❤❤❤❤❤
@risaamedia1986
@risaamedia1986 2 года назад
Maashaan maalii doktoora Jaalalaa😍
@DrNafyadGetuOfficial
@DrNafyadGetuOfficial 2 года назад
xuunchaa ykn muscle kan jennu
@user-me5er2cs1u
@user-me5er2cs1u 2 месяца назад
Maaloo Doctor Kunoo ji'a tokko Narraa darbe Dugdaa koo Dogurguruu fi mudhii koo Akka maalee na dhukkuba yeroo tokko tokko immoo natti fura
@saada7114
@saada7114 2 года назад
Galatomi Dr keenya nuuf jiraadhu umurii dheeraadhu ❤️❤️❤️❤️❤️
@hayaat7800
@hayaat7800 2 года назад
Dhuga jette Dr Yeroo bay'ee dalagaf ni dhabadha bay'ee tokko na dhukkuba 😢😢😢😢 Yaa rabbi ati nu laffisi jirenyi biyya ormma nu fixxe uuuff 😢
@fakihanaser8399
@fakihanaser8399 2 года назад
Dhugaa.ketii 🤲🤲
@awwalnaasirtube3508
@awwalnaasirtube3508 2 года назад
Maatii naaf ta'i Sanyii koo hadaraa kottu tiruu kooooo sub naaf godhi
@awwalnaasirtube3508
@awwalnaasirtube3508 2 года назад
Maatii naaf ta'i Sanyii koo hadaraa
@awwalnaasirtube3508
@awwalnaasirtube3508 2 года назад
@@fakihanaser8399 maatii naaf ta'i hadaraa kottu tiruu kooooo
@hayaatlovetube9618
@hayaatlovetube9618 2 года назад
@@awwalnaasirtube3508 siif godhera atis matii koo ta'i 👍😅
@simboofayerafayera1995
@simboofayerafayera1995 2 года назад
wooooow bayyee gaarii dha Waaqayyoo 8siin haa ebbisuu
@GsffDfgg-bg3dd
@GsffDfgg-bg3dd 8 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤ dhugaa keessaanii Dr Nafii KO Kuwait irraa isiin horodofaa jiraa leenncaa fakkii namaa rabbiin umrii dhertuu isiin haa kenuu insha'Allah ❤❤❤❤❤❤❤
@lomidy7651
@lomidy7651 2 года назад
Galatoma Dr keenyaa🙏🏽🙏🏽
@MiliyonAddisuu
@MiliyonAddisuu 3 дня назад
Kormamu dhanarati ba'uu akamiti ofira balesina Please nuf hojedhu
@zedoshewasalale5426
@zedoshewasalale5426 2 года назад
Galatoòmi Dr. Ani ijoollummaa koottin Warra Dhiiraatiin Dorgomuuf Midhaan Callaa yoo Xiqqaate kg 60 ol kan Ta'u hoogdiidhaa baadhee gara manaatti Galche .yeroo sanarraa kaasee Hanga Har'aa kunoo Hojii sa'aatii muraasaf Walitti aansee yoon hojjedhe Dugdi koo Bakka lamatti Na baha 😭 .quufan malee hin Utaalan Utaalan malee hin Caban jedhama 😪 Baay'ee na Rakkisaa jira Waaq 😭
@efeefeyisayoutubeoffical4242
@efeefeyisayoutubeoffical4242 2 месяца назад
Ebbifamii nafiiyadwaqqayyo sii haa ebbisuuu
@zinashg9239
@zinashg9239 2 года назад
Anii kushinaa arabaa kesaa dhabaachutuu dudaa na kutee😭😭😭😭😭
@monababa7726
@monababa7726 2 года назад
dugudii koo bayyee naa dhukubaa mali godha ani garuu hojechaan olaa guyyaa guutuu
@CaaltuuKaadir
@CaaltuuKaadir 3 месяца назад
doktori baga nagahaani nuu jiraatani maaloo doktari ani waani yero baayee naa rakisutu jiraa kanaafi waani rabbiini isini barsiise irraa naa qarqaaraa mee maaloo
@fenetwallaggaa5281
@fenetwallaggaa5281 2 года назад
Galatomaa Dr ana yeroo bayy'ee dugdi koo yeroo na dhukkubu garaa laphee kofi mari'iiman kotii naa dhukkubaa 😢😢
@taajuukamaalotufaa2764
@taajuukamaalotufaa2764 2 года назад
Welcome
@furdosi2300
@furdosi2300 2 года назад
Thanks Dr
@desitayoutube7063
@desitayoutube7063 2 года назад
Welcome back doctor kenyaa ani yeroo bayee naa dhukubaa uuuuuffff 😭
@user-wm1tu6yt4t
@user-wm1tu6yt4t 6 месяцев назад
Dhugaa keetii ❤❤❤❤
@fiirehiwetamente425
@fiirehiwetamente425 2 года назад
Baga nagaan dhufte Doctor keenya
@sifanjiragna6689
@sifanjiragna6689 Год назад
Ebbifami DR koo an amma bayye na dhukkubaa jira duddiko jaqaba gara mudhiko ture amma garu ol siqe na dhukkuba tauf ciisun rakkadha bayye
@meseret4779
@meseret4779 2 года назад
Bagaa nagadhaan doctor bay.eee galatomaa ana yeroo bay.ee dugdii sirritt naa dhukubaa gorsaa Garidhaa ulfadhaa Mee gafii tokkon siin gafadhaa Dubartiin tokko xurii laguu osoo hin argiin ji,ootaa bay.ee kan turaan jiruu yeroo tokko tokko hangaa waggaalee kan turuu jiraa sababaa malii irraa kan ka,ee hangaa kanaa turuu danda,aa?? Gafii kana akka naaf debistaan isinin egaa
@kadijahisa5645
@kadijahisa5645 2 года назад
Gaalatimi dr kenyaa
@user-xi4he3zn8j
@user-xi4he3zn8j 6 месяцев назад
Doctor Ani haadha ijolee sadihiti gafii qabaa yeroo ulfii ji'aa Torbaan(7)gahee milaa narati Akka malee hadoda yeroo karara osoo demu bakkuma inii naa qabee ta'uu qabaa daqiqa murasaa yoo ta'ee naraa badaa garuu yeroo saniti milaa kiyya mudamudi gadii ofirati hin bekku hangaa naa dhisuu sababa isaa naf debisi yaa doctor kenaa wan Rabbin sii beysise irraa sababa isaa gabaya hin bayuu guyya baay'ee gabayati naa qabee wan tahef ❤❤
@fikadetola8192
@fikadetola8192 2 года назад
Baruumsa adda addaa nuuf laachuu keessaniif guddaa galatooma🙏 akasumas buqqahuu rifeensaaf furmaata saa dhabeen dhiphachaa jira dhifama waliin furmaata yoo qabaate natii himaa
@yesusejirata4025
@yesusejirata4025 10 месяцев назад
Galatoma Dr keenyaa
@samirasal2693
@samirasal2693 2 года назад
Gara dugidaa ol siiqixanii Doctor 👍
@user-to4gc4uq5x
@user-to4gc4uq5x 26 дней назад
Ani dugdaa koo baay’ee nan dhukkuuba kalee koo Walii furmaata naafii himmii
@bikobiko6356
@bikobiko6356 2 года назад
Yeroof dheraaf naa irraa turee otoo adda hin citiin woggaa 2ffaa gutee raa ammaa mana yala demee garuu qorichaa qofa naaf latan homayuu jijiramaa hin qabu dugada kotiin gadi jedhe oli jechuu hin dada'uun bayye'ee naa dhukubaa 😥😥
@awwalnaasirtube3508
@awwalnaasirtube3508 2 года назад
Maatii naaf ta'i hadaraa kottu tiruu kooooo
@faantuuinjiguu9182
@faantuuinjiguu9182 2 года назад
Uufff anaas guyyaa 4 naraa ga'ee gad jedhee ol jechuun danda'a
@amartiidheeressaa6254
@amartiidheeressaa6254 2 года назад
Galatoomi💕🥰 Docter keenyaa , Animee Dhugaa waanumati nuf dabarsaa jirtu kana hundumasaatu na dhukkuba, jireenya koo keessaa iddoon Tokko fayyaa hin qabu, uff maal na wayya laata😭😭 amma immo dhibeen Asmi/synus jedhamu hedduu natti cimee jira, furmaatisaa maali docter🙆‍♂️🙆‍♂️🙆‍♂️??
@uaec631
@uaec631 8 месяцев назад
Dr keessan naa dubbiisi malloo Raafuu iyyuu sanbattaa
@hawatube7796
@hawatube7796 2 года назад
Uuuuuuuuffffffi wly an bayee dhukubaa dugid
@habeshamedia6083
@habeshamedia6083 2 года назад
Tnx dr wa'e magala kenya bareda mal jeta yadaa itii kenita jene egne fadhanem
@lalistubiyyaa
@lalistubiyyaa 2 года назад
Baga nagaan dhufte Dr.💕💕 Cinaachakoo gara bitaa kanaan darbee darbee nadhukkuba malinni waansaa?
@ExcitedColourfulShirt-og8st
@ExcitedColourfulShirt-og8st 2 месяца назад
Anani moo cinachaa koo lamamani isaayuu naa dhukubba uuuufffii
@Mustafadiscover-zr4rg
@Mustafadiscover-zr4rg Год назад
Dr akamii jirata dhukuba kalalee natii himii
@genetaberafromnegelleboran8094
@genetaberafromnegelleboran8094 2 года назад
Thank you !
@asterboja5492
@asterboja5492 2 года назад
Galatoomi doctor gafi kana naaf debisi yeroo kininii mata boyoo fayyadamnu midhaa qaba yoo qabate maalii???keessatti shamara irratti gadameesa keesaatti Fi kan biralle rakko qaba jedhu Kun hammam dhugadha????
@uaec631
@uaec631 8 месяцев назад
Foon dugdaa irraatii marguu maaliidha 😢😢😢
@berqegabisa275
@berqegabisa275 10 месяцев назад
Uuufuuuu anale nan dhukuba ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢
@sinbookaalid8617
@sinbookaalid8617 Год назад
Nuf jiradhu Dr kenya
@jameelajameel3392
@jameelajameel3392 Год назад
Akkamii nagaa doktora gafi qabaa xanachii qamaa namaa kesaa argamuu kansarii ta'uu danda'a anii xanchaa heduu milaa kiyaa iratii argamaa qorchii isaa hoo maliidha
@simbootewahidoo4018
@simbootewahidoo4018 2 года назад
Baga nagaahan dhuftee doctor nafiyaada
@userfatuubitishenuruu5948
@userfatuubitishenuruu5948 2 года назад
jiiradhaa diikitorii
@abaruudajanee554
@abaruudajanee554 2 года назад
Thanks
@waaqayyooyerooqaba9930
@waaqayyooyerooqaba9930 2 года назад
Maatii naafi taa,ii lubbuu yee piles🙏
@biraannee4038
@biraannee4038 2 года назад
Bagaa nagaa dhuftaan dr
@siifanfekadusiifanfekadu423
@siifanfekadusiifanfekadu423 2 года назад
Nuuf jiraadhu Dr❤️❤️❤️
@user-mh5uf2lb9r
@user-mh5uf2lb9r 11 месяцев назад
Anii hojis baayee wan na midhuu hin qabuu garuu dugdii koo heduu takka na dhukkubaa na dadhabsisaa😢😢 yero tokko tokko mila ko lafa oli kasuu dadhaba😢😢😢 mana yaalas deme homa hin qabduu nani jedhan😢😢😢😢
@GreenApple-mb9kl
@GreenApple-mb9kl 18 дней назад
❤❤❤❤❤😢😢😢
@meskiioromo8300
@meskiioromo8300 2 года назад
Uuufff Dr malo anii du e dhuga bayye na dhukkuba dugdii was in Bekku mudhii kiya ol baqa dugda wajiin😢😢😢😢
@yesusii6269
@yesusii6269 2 года назад
Thanks somce Dr N 100%❤❤
@tadelchiasefatadelchiasefa8040
@tadelchiasefatadelchiasefa8040 2 года назад
Wayyoo an bayyee na dhukubaa
@dararituubiranuu6552
@dararituubiranuu6552 Год назад
Thans Dr N
@almaztesfa1039
@almaztesfa1039 2 года назад
Dr ebbifam, huban sif haa dabalamu, jabadhu
@godanisakessako617
@godanisakessako617 2 года назад
Uuuuffff ani kinoo waggaa sadii gutee na dhukkubaa.mana yalas demee homaa na dhisuu didee😭😭
@Comedy3183
@Comedy3183 2 года назад
Gaalatomii dr
@seenaoromoo3492
@seenaoromoo3492 2 года назад
Dhibe baayye narakisa jiru dubbate dhuga animo hojis miti gadijedhema silki ilalunu duda nakute dhuga waaqa
@Kamady-my4sq
@Kamady-my4sq 3 месяца назад
Ebifamii doktar kenyaa
@gelanahurisa
@gelanahurisa 2 года назад
Galatomii dr mee lakobsaa kee nuf kenuu dandessa dhifamaa wajjiin
@dararituubiranuu6552
@dararituubiranuu6552 Год назад
Takn you
@itiyopiyaalezelalemtinur649
Anaa amaa bayee nadhukubaa jiraa dhuga rabii 😭😭😭😭
@getachewjiru3263
@getachewjiru3263 Год назад
Dr.Naafyad 1000 Nuuf Jiraadhu
@rakcity6216
@rakcity6216 2 года назад
Galatoomii Dr Nafyad
@saboontuuarsiibaha9612
@saboontuuarsiibaha9612 2 года назад
Galatomii doctora dhugaa Hedduu naa dhukkuba ergaa biyya ormaa kana dhufee uuuuuuuf 😭
@abomsashow7660
@abomsashow7660 2 года назад
Thanks dr
@HananHanan-mj1zc
@HananHanan-mj1zc 2 года назад
Dr kenyaa nufii jiradhuu
@StooSttooo
@StooSttooo 7 месяцев назад
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤Galatomii.
@gelanyoutube4485
@gelanyoutube4485 2 года назад
Yooyaa Nafyaad
@faantuuinjiguu9182
@faantuuinjiguu9182 2 года назад
Anaa iyyuu hamaa baay'ee naa dhukubaa guyyaa 4f
@fenetabdisa9968
@fenetabdisa9968 2 года назад
Galatoomii dr
@mimialemayeu1825
@mimialemayeu1825 2 года назад
Dhugaa rabii anaa baay'ee naa dhukkubaa dudi koo😢😢
@ganootube7855
@ganootube7855 2 года назад
Mamilaa nafi taa me
@naimayusuf2592
@naimayusuf2592 2 года назад
Galatomi doktoor
@hikmaamucaatialiyyii5400
@hikmaamucaatialiyyii5400 2 года назад
DR bayyee bayyee galatoomi nuufi jiraadhu. Ani baatii 2 jaala naa dhukkuubuti jira uuffffiiii.
@ekmaekma9239
@ekmaekma9239 2 года назад
Welcome Dr
@bireewaaqayyooguddaadha3463
@bireewaaqayyooguddaadha3463 2 года назад
Dr nagaan WAAQAYYOO siif haa baayatuu galatooma gaafiin qaba qeensi millaa koo nerra buqaa yeroo baayee sababa maalittif? Furmaani isa hoo?
@shaoro1123
@shaoro1123 2 года назад
Dr koo jabadhu Lenca koo
@abdiiinjiraduraakoo702
@abdiiinjiraduraakoo702 2 года назад
Well come Dr N
@user-cy3zx8or8x
@user-cy3zx8or8x 4 месяца назад
Dor anii bayyee naa dhukkuba dugdii koo furmataa dhabee Panadol yooni fudhee rakoo qaba naaf debisi adaraa kee
@obseeobseekita3519
@obseeobseekita3519 2 года назад
Welcome abba cabasa keenyaa galatomii dhukkubanii dudaa naa rakkisee bayyee
@AbdurhmanGishe
@AbdurhmanGishe Месяц назад
@rahimatibeso8016
@rahimatibeso8016 2 года назад
Furman dhukkubi kalee maaliidha yaa doctor plase hatantaman naaf deebisa.😭
@muneeramuneera6081
@muneeramuneera6081 2 года назад
Baga nagan dhuftan dokotorii
@rawudasayid4515
@rawudasayid4515 Год назад
❤❤❤❤❤😊
@gedebhasasa8826
@gedebhasasa8826 2 года назад
Galatoomi Dr Mee waa'ee gallbladder stone nuf dalagaa
@uaeaas3103
@uaeaas3103 2 года назад
Uuuufff an du,uf gahen jiraa darbee sammuu koo na cufuuf jedha 😢😢😢
@ummusumayaatube5762
@ummusumayaatube5762 2 года назад
Galatomi dr nafyad👍👍👍❤💚❤
@nss4781
@nss4781 2 года назад
Galatomaa Dr
@zinashg9239
@zinashg9239 2 года назад
Welcome dr
@hawwiihawwii250
@hawwiihawwii250 2 года назад
Dr hafuuraa baaftuu dadhabe jiraa maali fali isaa
@shakira123shakira2
@shakira123shakira2 8 месяцев назад
Wlh ani du e jira wayo hadha koo galtomi Der😢
@Choukri-xr3nk
@Choukri-xr3nk 2 месяца назад
❤❤❤❤
@AtseduGudisa
@AtseduGudisa Год назад
Ok
@aminaamttube3316
@aminaamttube3316 2 года назад
Well came doktor thank you
@bababuze1107
@bababuze1107 2 года назад
Well Come Dktr
@safahjamal8960
@safahjamal8960 2 года назад
Dr ana biya Nama jiradubyi Jira yero baye dhabadha kanafi baye nadhukuba dudii Kiya fi garan Wal qabate yada guda kesa gale hojin Kiya ulfatadha zuliya Kan jedhamu micha Akan faa
@SaraSara-tj1vp
@SaraSara-tj1vp 2 года назад
Dhugaa baayy.e namatti tola galatoomi dr kenya
@shagekelifak1352
@shagekelifak1352 2 года назад
Galatomi Dr 🙏
@jamskun2780
@jamskun2780 2 года назад
Mana yaalaa deemee jirracha kalee gubbaa si jira naan jedhan garuu dawaa hin arganne ammallee fincaan na jarjarsa akkm godha Doktora
@shitotaresa2305
@shitotaresa2305 2 года назад
Dhugaa jetan dotori nuufi jiradha
@hawilethiopia1682
@hawilethiopia1682 2 года назад
Dr yeroo humdaa luuqeetukoo nadhukubaa wagaa lamaa naraa fixeraa karaa demuu hindanda.uu bayee nadhukubaa
@solaanabbabiyaa1425Abe
@solaanabbabiyaa1425Abe 2 года назад
Welcome dr n jabaadhuu galatoomi ❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚💯💯💯💚💚⏰
@marthasifan5594
@marthasifan5594 2 года назад
Welcome 👍🥰🥰🥰
@user-iu3ue9zb2q
@user-iu3ue9zb2q 7 месяцев назад
Ani Jordan keessaa jiraa bayee naa dhukubaa dugda koo Dr akkamiti silki kechaani argachu dandaa??
@mereimmohammed6125
@mereimmohammed6125 2 года назад
Nuf jiraadhu galatoomi
@MannaeduOffice
@MannaeduOffice 4 месяца назад
Yeroo baayyee nan taa'a amma garuu dugugguruu dugdaa gara dhumaa nadhuknaan yoon ilaalamu diskiidha naan jedhanii akkam haa godhuree?
Далее
Furmaata Dhukkubbii dugdaa
15:24
Просмотров 30 тыс.
Men Vs Women Survive The Wilderness For $500,000
31:48
Wantoota fedhii wal-qunnamtii saalaa hiri’isan
13:59
Aafiyaa: Dhukkuba Garaachaa, Dr.Kiyaar Sh/Hajjii
30:13
Marsaa Laguu/Xurii Yeroo malee dhufuufi jeeqamuu
29:31
Dhangala'aa qaama saalaa shamarranii keessaa bahu
19:18
harma shamarranii maaltu jigsa?
6:50
Просмотров 180 тыс.