Тёмный

harma shamarranii maaltu jigsa? 

Dr Nafyad Getu Official
Подписаться 321 тыс.
Просмотров 183 тыс.
50% 1

Опубликовано:

 

29 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 622   
@saratube1623
@saratube1623 3 года назад
Kan koo kan jiguu dhisii hin gudaneyidhaa dhugaa rabii dr hangaa amatii you tube iraa wanuma harmaa gudisun dhabee uuuf😔😭
@abdulaziznaziifmahammad1439
@abdulaziznaziifmahammad1439 3 года назад
Hin kijibin Hankee yoona Hadhura ira cisaara
@oromiyanbiyya9561
@oromiyanbiyya9561 3 года назад
anillen waan guddissun barbaada dhugaa
@Beckyinfo
@Beckyinfo 3 года назад
maatii naaf ta'i sanyiikoo
@Beckyinfo
@Beckyinfo 3 года назад
@@abdulaziznaziifmahammad1439 maatii naaf ta'i sanyiikoo
@Beckyinfo
@Beckyinfo 3 года назад
@@oromiyanbiyya9561 maatii naaf ta'i sanyiikoo
@RataHailu
@RataHailu 3 месяца назад
Durbummaa hin jiruu kaanaf kufaa dr dabaales suukumaan jigesuu ofii isaani warri isin jelaa jigee isaa qabee jigeese hin gadhisinaa ❤ commenttichi kan isaan qofadha moo warri harmi jigeedha moo oduun nuu fixaani
@zedjama2432
@zedjama2432 3 года назад
Welcome dr kenyaa dhuga barumasa garii nufi kenatuu Galatooma ❤
@Beckyinfo
@Beckyinfo 3 года назад
maatii naaf ta'i sanyiikoo
@zedjama2432
@zedjama2432 3 года назад
@@Beckyinfo tole
@go4high
@go4high 3 года назад
haala yeroo waliin kan wal qabatu.....numatu wal guddisaatii.ilaalii maatii nuf tahi, Asoosama dabalatee, jechoota jireenya keenyaf nu onnachiisan qabna. ru-vid.com/video/%D0%B2%D0%B8%D0%B4%D0%B5%D0%BE-tYyX5gQoRk0.html
@jijijiji8035
@jijijiji8035 3 года назад
Thanks docotor kan jiigee akkamiti ol ka.u daanda.a
@ExcitedKiteFlyer-xp2hv
@ExcitedKiteFlyer-xp2hv 10 месяцев назад
Maal dr kan umurin demee kan daimmaa heduu qaban harmi isaan hin dhabataa
@lensaabaqqala365
@lensaabaqqala365 3 года назад
Galatomi Dr Atile fayya hin dhabin ❤️🙏
@saboontutube881
@saboontutube881 3 года назад
Roza maati naaf tahi haadho koo
@tokumatubehm
@tokumatubehm 3 года назад
@@saboontutube881 atis kotu wan ofi kiyaa wakum gudanaa
@go4high
@go4high 3 года назад
haala yeroo waliin kan wal qabatu.....numatu wal guddisaatii.ilaalii maatii nuf tahi, Asoosama dabalatee, jechoota jireenya keenyaf nu onnachiisan qabna. ru-vid.com/video/%D0%B2%D0%B8%D0%B4%D0%B5%D0%BE-tYyX5gQoRk0.html
@Janetfayyisaa-rs2fh
@Janetfayyisaa-rs2fh 3 месяца назад
Dr nagan waqayyoo sifii haa bayyatuu dhifamaa gudda yoo sinfii danda'ame karaa telegram naa dubisuu dandesuu Dr
@walloobatee9249
@walloobatee9249 3 года назад
galatoomi dr garuu mee wa'ee ispoorti irraa nuuf hiimi abdiidhan sii egnaa
@Oromo-eb9yc
@Oromo-eb9yc Год назад
Akkami Naga jirta mee lakk kee AFI ergaa dr ❤
@BaasaDasiso
@BaasaDasiso 3 месяца назад
Thank Dr ❤
@sabonituuwalagaa4588
@sabonituuwalagaa4588 3 года назад
Ani harmaa jiguu iyyuu hin qabuu galatomii Dr kkkkkkkkkk😁😁
@saboontutube881
@saboontutube881 3 года назад
Sabonituu maati naaf tahi sanyii koo qali
@sabonituuwalagaa4588
@sabonituuwalagaa4588 3 года назад
@@saboontutube881 💔💔💔💔💔 ano maatii keti qali too 💝💝
@saboontutube881
@saboontutube881 3 года назад
@@sabonituuwalagaa4588 OK galatomi giifti koo
@sabonituuwalagaa4588
@sabonituuwalagaa4588 3 года назад
Warii harmaa xiqoo mali gochuu qabnaa kodee koo 🤔🤔🤣🤣
@diribejaleta5677
@diribejaleta5677 Год назад
Nyaata akkami nyaachuu qabnaree akkam hin jigneef?
@bismillhaa
@bismillhaa 2 месяца назад
Koo hammale hin jigne alahamdulillaa😊
@meanker5885
@meanker5885 3 года назад
Koo jigera dokitori qabdu harimaa kewachu in danda.u na dhukubaa gateti kotu sababa sanafi yero ba'yee harimara qulaani demaa furimataa yoo qabate nufi himaa
@abdelahussein940
@abdelahussein940 3 года назад
Kuno hima jiraa guraa qalbitii dhagefadhuu ga
@meanker5885
@meanker5885 3 года назад
@@abdelahussein940 mali jechudha utuni inbdhageftini baresee sete moo
@betelehemmulugeta6887
@betelehemmulugeta6887 2 года назад
Thank you Dr kenyaa😍👏👏👏🙏
@Rii_haa
@Rii_haa 4 месяца назад
Wel come Doctor ❤
@adamushimals7497
@adamushimals7497 3 года назад
Dr esaa badani?
@genetgenet1858
@genetgenet1858 3 года назад
Thanks so mach Dr
@go4high
@go4high 3 года назад
haala yeroo waliin kan wal qabatu.....numatu wal guddisaatii.ilaalii maatii nuf tahi, Asoosama dabalatee, jechoota jireenya keenyaf nu onnachiisan qabna. ru-vid.com/video/%D0%B2%D0%B8%D0%B4%D0%B5%D0%BE-tYyX5gQoRk0.html
@tiyaakiyaa545
@tiyaakiyaa545 2 года назад
Obbolesa.ko.qamini.salla..kotii.naa.hokisisa.mana.yalla.demuf.nan.salafadhe.garu.natii.jabata.i.ani.dubara
@meseretbirhanu9055
@meseretbirhanu9055 3 года назад
Please dr dhukuba dugdaa fali isaa mali faluma osaa qofa malo
@halimaorotube2314
@halimaorotube2314 3 года назад
Wolcom dr sabona
@burtukanuser451
@burtukanuser451 3 года назад
Gaffin qaba shamaran qaloon dhiraa hin gamachistu jedhu malif sababamni isaa nati himaa mee Dr please
@RataHailu
@RataHailu 3 месяца назад
Waan jaala yaadii ykn dhiphinaa namaa jaalatee saan yaadii . Ni artii
@illeenishitoo4607
@illeenishitoo4607 3 года назад
An gammojii guddadheharmikiyyawagga11tti jige garuuhaatitiyya garuu 4dessertti hami isii hinjignne
@karabetuucalaa8452
@karabetuucalaa8452 3 года назад
Galatomi Dr 😘👏
@KalidHasen-n5y
@KalidHasen-n5y Год назад
Galatomii Dr
@fakihanaser8399
@fakihanaser8399 3 года назад
Gafii.qaba.dhukkuba Asimii.nama.irraa.namati.ni.darba Dhukkuba.sukkara.faa.nii.darba.
@appuae3582
@appuae3582 3 месяца назад
Wayee qusana maati keessati nafi hin galee jiraa
@hqjnk9016
@hqjnk9016 5 месяцев назад
❤❤❤Dr thanks
@tokumatubehm
@tokumatubehm 3 года назад
Mashallah doctoor
@kiyaadugna2823
@kiyaadugna2823 3 года назад
galatoomii Dr kan jigee akkamitti olkaasuu danda'ama🤔🙄
@go4high
@go4high 3 года назад
haala yeroo waliin kan wal qabatu.....numatu wal guddisaatii.ilaalii maatii nuf tahi, Asoosama dabalatee, jechoota jireenya keenyaf nu onnachiisan qabna. ru-vid.com/video/%D0%B2%D0%B8%D0%B4%D0%B5%D0%BE-tYyX5gQoRk0.html
@firiilammii8041
@firiilammii8041 3 года назад
Galatoma doctor Kenya bekkumsa kana caala isinif haa dabaluu
@هاجرراشد-ش9ه
@هاجرراشد-ش9ه 3 года назад
Kkkkkk xuxmajaa tuu ol qabuu
@sabbotuuwalloojilleedhumug8635
@sabbotuuwalloojilleedhumug8635 3 года назад
Dhuga nuf gafadhu mee
@beutyinhijab7302
@beutyinhijab7302 3 года назад
😂😂😂😂iskafateridhan
@lovemom2049
@lovemom2049 3 года назад
Welcome doctor maalii Rakkoo qabaa ree🙄 Harmaafi motuummaa jiguuni isaa dirqamaa jedhaani miti😉🤗🤣🤣🤣
@waqayyoontikseekootisnaap3686
@waqayyoontikseekootisnaap3686 3 года назад
Kkkkkkk haqaa keeti
@abdelahussein940
@abdelahussein940 3 года назад
Oso hin herumiin yo jigee hadhaa ilmo 8 fakatii mii 😀
@abdulaziznaziifmahammad1439
@abdulaziznaziifmahammad1439 3 года назад
Akkas jedhii Abbuna Argite jela Qabi hama Argita Silas yoon Hiribara jiraam kkkkk
@Beckyinfo
@Beckyinfo 3 года назад
maatii naaf ta'i sanyiikoo
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 года назад
@@abdelahussein940 mati nafi taii sanyi ko qali 😍😍😍
@senaabaqalasenaabaqala7491
@senaabaqalasenaabaqala7491 3 года назад
Warii harmi kenyaa xiqoo ta'e maal gonna ???? Dr
@muhamedbifo6627
@muhamedbifo6627 3 года назад
M
@betiiyeemaremlejii9691
@betiiyeemaremlejii9691 3 года назад
Dhugaa jettee malii yaa gonu garuu
@ebislove9495
@ebislove9495 3 года назад
Dr mala isaa nutti imimee 🤦‍♀️🤦‍♀️🤦‍♀️
@gifiitiiwallaga4830
@gifiitiiwallaga4830 3 года назад
Dhuga keeti malii wayyaree 😎😎
@makyamakya6175
@makyamakya6175 3 года назад
🥺🥺🥺maal gonaa ree kotisii xiqadhaa wly 🙃😳
@ruhamaruhama
@ruhamaruhama 3 года назад
Ani garu 2 dahe jijiramani harma ko irrati hin dhufne garu iddo bira furdadhera harmi ko bayyee Kan dabale yeruma dahuf jala gahe sani boda garu iddo dhuma durati Debi.ee wanuma da.ee fakadhu😅😅😘🙏
@go4high
@go4high 3 года назад
haala yeroo waliin kan wal qabatu.....numatu wal guddisaatii.ilaalii maatii nuf tahi, Asoosama dabalatee, jechoota jireenya keenyaf nu onnachiisan qabna. ru-vid.com/video/%D0%B2%D0%B8%D0%B4%D0%B5%D0%BE-tYyX5gQoRk0.html
@badrimustafa888
@badrimustafa888 3 года назад
Moottuummaniyuu yero yerotii kufa maree haa kufuuu muccaa biyyaa koooooooo Dr kenya nuuf jiradhu
@YordanosKefyalew
@YordanosKefyalew 2 месяца назад
😂😂😂
@fayikattube5128
@fayikattube5128 3 года назад
Mal rakkoo qaba yoo jigee Alhamdulillah ani harma guddaan qaba J kolle heddu naf jalaataa Ani qallos miti furdos miti yaani gidduu galettiidha garuu harmi koo guddadha xiqqos jegera Ani garu durba 🤔😢
@go4high
@go4high 3 года назад
haala yeroo waliin kan wal qabatu.....numatu wal guddisaatii.ilaalii maatii nuf tahi, Asoosama dabalatee, jechoota jireenya keenyaf nu onnachiisan qabna. ru-vid.com/video/%D0%B2%D0%B8%D0%B4%D0%B5%D0%BE-tYyX5gQoRk0.html
@rimasorotube208
@rimasorotube208 3 года назад
😆😆😆
@ashash9382
@ashash9382 3 года назад
Atii durrba 😁 jallaenike Yoro kami ariige Sifi jllteere gifitiii 🤔
@marimamarima6572
@marimamarima6572 3 года назад
Kkkkk enuu jigsee
@caffeemedia8291
@caffeemedia8291 3 года назад
@@ashash9382 Qalii Matii Naf Ta'i Sanyii
@masaratsalloum5980
@masaratsalloum5980 3 года назад
Kkkk Doktar anii garuu umuriin kiyya 20 harmii kiyya najaala jigee.maliif jedheen baay,ee gaddee naannoon itti dhaladhee guddadheelle baay,ee hoo,a kufatii harmatiif hoo,ii sababaa ergaa ta,ee naaf ta,uu malaa in aruu qabaa 🤦🤦🤦. Galatomii Doktar keenyaa thank you🙏
@MsSamsiaa
@MsSamsiaa 3 месяца назад
Mee wani oli qabu Nufi himi mee Obboleessa koo Qali
@appuae3582
@appuae3582 3 месяца назад
Ani waan nafi hin galee jiraa wayee qusama maati
@saadatsaadah9439
@saadatsaadah9439 3 месяца назад
Dr, ples naaf hiimii kankoo naa hoksiisaa
@RahmaAhmed-hx9vs
@RahmaAhmed-hx9vs 2 месяца назад
As wr wb Dr harmii ko bayee gudadha amle jigeera ani wg17 ulfinii qamako kilo58
@KabaneK-y9e
@KabaneK-y9e Месяц назад
Galatoomi Dr.nuti garuu zariidhumaan harma gurguddaa qabna,dafee jiga,,Kuni sababni isaa maal ta'aree??
@bonitube9545
@bonitube9545 3 года назад
Ijolee oromo ytub ko sabsribii naa godhaa pelsi ❤💚❤
@dhalootaboruu7615
@dhalootaboruu7615 3 года назад
Mati nafi tahi sanyi ko sifi tahera
@masiyoutube7031
@masiyoutube7031 3 года назад
Maati naaf taa,ii mee kotu
@kadotube1893
@kadotube1893 3 месяца назад
An qabduu harmaa in offadhu harmi koo xiqqoo dhabbattuudha 😢 yeroo tokko gurbaan tokko harma na qabe jenaan boo'ee hiriyaa kootti himadhe na duraa jiga jedheen 😅
@sumayyasumi4604
@sumayyasumi4604 2 месяца назад
Garuu anaii. Mucatii 23 saditii. Garuu. Gafaa wagaa 18. Mucaa. Qabaa. Amaa. Jolee lamaa qabaa harmii kiyaa bayee jijee malii. Jechuu naa wayaa
@AliyiBedaso-fe2zx
@AliyiBedaso-fe2zx 3 месяца назад
Dr yoo woli qunnamtii geeggesite kan jedhamus jira miti?Dr mee isin kan akkamitti lalatu
@qamariyaamulaatuu8382
@qamariyaamulaatuu8382 10 месяцев назад
Dubbin kun naf tanee harmee tiyyaa ijolee sagal hosistee guddiste wly amasii guntutaa fakkata kiyya utumaa anii dhiratii dabalamin jigee 🤣🤣umaa rabbiiti usaa nura😅
@QananiisaMohammad
@QananiisaMohammad 5 месяцев назад
Dhugarat hundi Ani hero baye sin hordafa😮
@SaheeSahe
@SaheeSahe Год назад
Tokofaan furdaan dhugaa malif yoo jetani Ani agafaa shaariin qabaa ijolee lamaa kan qabaduu harmii ishe xiqoo wan ta,ef hin dhabataa Ani garuu nama shatuu nu giduu jiraa garuu harimikoo jigaadhaa Kuni sababi furdinakoti dhugaa dhaa kuni
@samiraasanyiijaaweetyt2088
@samiraasanyiijaaweetyt2088 2 года назад
Dr gafii qaba qamaa Saallaa Shamara Akamiti Xiqesuu?? Dadama me naf himi???(
@badiryaajelani-bx8pm
@badiryaajelani-bx8pm 4 месяца назад
Jira jirtuu akkami nagaha keesani yaa dotiri rabbii jedhi nafi debisi ana Qama salaa kiyaa na hosiisaa akasuma foli aka mallee na dhahaa
@YwheHshsj
@YwheHshsj 4 месяца назад
Galatommii dr
@zarabekele2918
@zarabekele2918 2 года назад
Doktar bayye issin galaatefana namooni heedun qaqabaadha jedhu sayyinsiin jechuu dhabuun nati tolera:
@meyraoromo2507
@meyraoromo2507 3 года назад
Yeroo walqunnamtii salaa dalagan wanni adiin jidduutti muldhatu sun maaali?? Essssaa dhufa????? Maal jedhamaa?????
@rukiyauae3361
@rukiyauae3361 Год назад
🥰🥰🥰🥰🥰
@salamtubetamasgen7479
@salamtubetamasgen7479 2 года назад
Kani Bakjatti deebisu qorichaattu jiraa moo Faala hin qaburre??
@mareemahmed2419
@mareemahmed2419 2 года назад
galatooma dr .maloo kan tiqqaatee hoo akkamitti guddisuu danda ama
@UsmaanUsmaan-l8m
@UsmaanUsmaan-l8m Месяц назад
😂😂🎉
@halfanmhd2392
@halfanmhd2392 3 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤❤
@samirahuseen6560
@samirahuseen6560 3 года назад
Dr ofirraa maa fageessutanii ta harmaa tana isinumatuu nuu dabee mee isini dhiisaa harmii Keenan akka jiguu laaltanii🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
@KaKasn-f6c
@KaKasn-f6c 3 месяца назад
❤❤❤❤❤❤❤
@appus7075
@appus7075 3 года назад
Baga.nagan.dhute.harimi.koo.xiqodha.akka.gudatuf.nana.barbada.qoricha.qaba.moo
@allaahuakubarallaahuakubar658
@allaahuakubarallaahuakubar658 11 месяцев назад
Noo
@sarahwehbi7904
@sarahwehbi7904 4 месяца назад
❤❤❤❤❤❤
@hayutiya4111
@hayutiya4111 2 года назад
Dr namin umri 16 keessa jiru armi isaa akkamin sirrti jigu danda'a yo jige ho furmata malin ol deebi'a
@AyanAbdi-ib2ye
@AyanAbdi-ib2ye 3 месяца назад
❤❤❤❤
@MiiltooMiiltoo
@MiiltooMiiltoo 4 месяца назад
Luka fi harkaa malfi dafiqaa qoricha immo qabaa Docotor maloo nutti himaa
@kiyakiya5004
@kiyakiya5004 3 года назад
ani akkuma da'ima takka dahaniin jiga natti fakkata ture. qabdun harmaa sirridha. nuti warri kushina arabaa hojjennu sa'a hirriba qofa ofirra baafna dhugaa ulfaatadha
@masiyoutube7031
@masiyoutube7031 3 года назад
Maati naaf taa,ii mee kotu
@lalisegiddisa2415
@lalisegiddisa2415 3 года назад
Kan Xinnoo maltuu Guddisa? dr
@abubakermohammed6086
@abubakermohammed6086 3 года назад
Hamdiya
@galaaneetayeetube2803
@galaaneetayeetube2803 3 года назад
Hai Dr maloo gafii sigafadhaa biyaa ormaa jiraa ilkani kiyaa bayee dhadhukuubaa udiisatuu tokoo tortoree cacabee basisee kanafee malii godhuu qabaa qorichii ilkani jiraa oso mana yalaa demee bodaa akaa saniti cacabuu dadaa mali nyachuu dhisuu qabaa kanarati vidiyoo nuojedhuu maloo doktori bilisi bayee nadhukuba jiraa akaa saniti cacabaa lataa jedhee yadaa jiraa
@obsee6847
@obsee6847 3 года назад
Uuuuuuffffff namoota baayeedha Maloo dr
@mesikebe5692
@mesikebe5692 3 года назад
Galatomi Dr
@ebaajema3028
@ebaajema3028 3 года назад
kkkkkkkkkkkkkkkkkkkk Dr harmii fi mootummaan numa kufa miti moo ????????????????????
@kakwkwkwkwhwjw2jj649
@kakwkwkwkwhwjw2jj649 2 года назад
Akkani guddatu maaltu godha ani akkani guddatu hin barbaduu baay'ee guddadha kan koo akkamiti na xiqachu dandaa
@siifaaniiboonii3430
@siifaaniiboonii3430 3 года назад
Kiiyyaa naafaa irraayyuu hin muldhatuu worrii harmaa guddaa qabdan ittii dhiiyyadha
@aesha1288
@aesha1288 2 года назад
Dr atii Yutbi kee gudisfii mitii gafii nama debiiftu.
@yednglmaryamlij6124
@yednglmaryamlij6124 3 года назад
Yoo ati doctor dhugaa tatee mal gotaa you tube iraa mana hakim demi hojaa kee seran hojedhuu asitt birdha jetani mana hakimit ofiraa basaa akaa madan kessan hin hafinef qoda demtani debitan asti birdha jechaa waree bayistaan mana hakimti seranu nama hin akamtan
@ruhamaruhama
@ruhamaruhama 3 года назад
Warii harmii Kenya xiqadha jetan sister ko waga murasa dura akasuma turte garu amaa doctoraa wayii dubise jenan Kara umaman akka guddatuf yo barbade sorata kudura freezi 🍓🍓🍒🍒🍒🥑heduminan ya soratu nan jedhe as idon jiradhuti dhuguma wg 2 guduti jijirama gudda agarsise ykn immo gama technology sarjeridhanis hin gudifama Nan jedhera doctorichi kanaf Wan walif ya qonu jedhenii galatoma❤️❤️💕😍
@daditutesshoma9276
@daditutesshoma9276 2 года назад
Kuni dhugadha anu yeroo bayee of irrati maramare argera dr galatomi
@sabuabdo-b7u
@sabuabdo-b7u День назад
👌👌👌👍👍👍😘😘😘
@IftuuIbrahim-d4k
@IftuuIbrahim-d4k 3 месяца назад
Sobdee jirtaa wly kun umriin mitii
@NAYNAY-yq2pu
@NAYNAY-yq2pu 3 года назад
Galatoomii jechaa dr! Dhibeen foroforii mataa maal irraa nama qabaa? Adaraa kee yoo qoricha isaa bekte naaf himi kabajaanin si gaafadha dhugaa na ajjeesuuf jedha rifeensa kiyya naraa fixeera mee adaraa maalidha?
@birqijimmatube373
@birqijimmatube373 3 года назад
Loomin miicadhu ilaali conditionaritti cuunfi yeroo shampoo micatte kaate isaan daqiiqa muraasa masaji godhi saba booda miici
@hayaathayaat8502
@hayaathayaat8502 3 года назад
Dr galaatomi barumsa gari nu qode Dr asimi yokani sanasi maltu Mala dawaa Isa yokani qorsa nafi himame
@fayikattube5128
@fayikattube5128 3 года назад
Dhugadha xutmayazaan heddu harma nama balessa kiyya bayy'ee na midhee wly osuman duraan jiru harmi koo jigee😢❤️
@go4high
@go4high 3 года назад
haala yeroo waliin kan wal qabatu.....numatu wal guddisaatii.ilaalii maatii nuf tahi, Asoosama dabalatee, jechoota jireenya keenyaf nu onnachiisan qabna. ru-vid.com/video/%D0%B2%D0%B8%D0%B4%D0%B5%D0%BE-tYyX5gQoRk0.html
@ibsituuabduuqadir7550
@ibsituuabduuqadir7550 3 года назад
Anii takkaa namanii naa hinqaqabanee wly garuu jigee umarii kiyyaa xiqadhaa wagaa 18 herimee gaf dubaraa jigee anii xiqoo furdoo harmii jiguun umari hin madaluu qabaa harmaa ykn xurmajaa namaa jigasaa
@AnguuAlamuu
@AnguuAlamuu 2 месяца назад
Dr yeroo bayyee naf guyyaa hin ibsitanii
@makiyamakiya5608
@makiyamakiya5608 Год назад
❤❤❤❤❤
@zeeyinabazeyinabbintii5520
@zeeyinabazeyinabbintii5520 2 года назад
Galatomii dr.kenaa
@caaltuutolaa3889
@caaltuutolaa3889 3 года назад
I am the first like 🥰
@Beckyinfo
@Beckyinfo 3 года назад
maatii naaf ta'i sanyiikoo
@iftuuwalloo7563
@iftuuwalloo7563 3 года назад
Alhamdulillaa kiyyaa hin jigne amma🥰🥰🥰🥰
@go4high
@go4high 3 года назад
haala yeroo waliin kan wal qabatu.....numatu wal guddisaatii.ilaalii maatii nuf tahi, Asoosama dabalatee, jechoota jireenya keenyaf nu onnachiisan qabna. ru-vid.com/video/%D0%B2%D0%B8%D0%B4%D0%B5%D0%BE-tYyX5gQoRk0.html
@ashash9382
@ashash9382 3 года назад
Atii durrba kaaa 🤔
@odamuaze8249
@odamuaze8249 9 месяцев назад
❤❤❤❤
@YeneneshGirmaa
@YeneneshGirmaa 9 месяцев назад
😂😂😂😂
@siifan.diroo9515
@siifan.diroo9515 4 месяца назад
kaajiigee akaamit defachuu dadenyaa
@misraabdo5489
@misraabdo5489 Год назад
💜💜💚💚💚💚🖤❣️❣️🌾🌾🏵️🏵️🏵️🏵️🌿🌿☘️☘️☘️🍀🍀🍀🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
@MamaMama-hn8ks
@MamaMama-hn8ks Год назад
Harkisa decheerra akkamitti of hirrisuu dandeenya
@zenabaabdohaji4612
@zenabaabdohaji4612 Год назад
😚
@smsphine5235
@smsphine5235 3 года назад
Thank you dr nafiydii
@bizuneshdibabatube3793
@bizuneshdibabatube3793 3 года назад
An yaa Dhufu #Doctor yeroo jalqabaf gara you tube kee dhufe akka carran sii argadhe waa bayyee sirra baruuf Subscribe godheen jira nuuf jabaadhu👍🙏
@ganetbaqallaa8514
@ganetbaqallaa8514 3 года назад
Abba cabsa dubin kee kolfaa hin dhabuu Dulumaatu jisaa kaa 🤣🤣
@Beckyinfo
@Beckyinfo 3 года назад
maatii naaf ta'i sanyiikoo
@caltuuangasaa1845
@caltuuangasaa1845 3 года назад
Anii ijoollee bayyeee godhaachu barabadaaa Awuuuuuuu
@afgf1127
@afgf1127 Год назад
Dr naminii hin qabinee hoo akkamii godhani bafatani?????? 🥺
@sinaaf7952
@sinaaf7952 3 года назад
Kiyya umurii xiqqoon jigee garuu kan na hangafan ka dhabbatu jira
@samirasabontuujimaa8827
@samirasabontuujimaa8827 2 года назад
Dr harama akamiti gudifatama adara dhifaamaa wojin najala bucate
@GiftiiOroQueen
@GiftiiOroQueen 3 года назад
Diinni keenya haa jiguu😌 Doktora keenya🥰qabdu haramaa kan hojii ketii nyadhu😂
@Beckyinfo
@Beckyinfo 3 года назад
maatii naaf ta'i sanyiikoo
@abdelahussein940
@abdelahussein940 3 года назад
Blge 😀😂🙂
@GiftiiOroQueen
@GiftiiOroQueen 3 года назад
@@abdelahussein940 an moo.doktora !?
@destaadestaa2172
@destaadestaa2172 2 года назад
Shuu
@NaimaR2-je1ig
@NaimaR2-je1ig 3 месяца назад
👍👍👍🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@hanatesfguta9758
@hanatesfguta9758 2 года назад
Watii atii dabarisitee toko ijiruu dhuganii
@MarufAbrahim-pz1vb
@MarufAbrahim-pz1vb 6 месяцев назад
Wan qaamaa salaa dhiraa jabeessu nuuf him
Далее
Dhangala'aa qaama saalaa shamarranii keessaa bahu
19:18
КВН 2024 Встреча выпускников
2:00:41
100 Identical Twins Fight For $250,000
35:40
Просмотров 44 млн
Durbummaan bade ni deebiyaa?
11:48
Просмотров 130 тыс.
Marsaa Laguu/Xurii Yeroo malee dhufuufi jeeqamuu
29:31
Yeroo Jaalalaa fi muxannoo jiruu
37:36
Просмотров 89 тыс.
Viidiyoo saal-qunnamtii ilaaluun miidhaa akkamii qaba
11:27