Тёмный

Dubbii Iccitii Dhiirotaaf | wal qunnamtii saalaa irratti jabaa tahuuf sochiiwwan qaamaa Kan godhi! 

Dr Nafyad Getu Official
Подписаться 323 тыс.
Просмотров 163 тыс.
50% 1

Kegels exercise
How to stay long in bed
Wal qunnamtii saalaa
Furmaata dafanii fixachuu
Kahuu dhabuu qaama saalaa dhiiraa
#duraanuu
#gelanagaromsa
#galaanaagaaromsaa

Опубликовано:

 

4 окт 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 197   
@urjiioromia5833
@urjiioromia5833 4 месяца назад
Ani baay'een sii dinqisiiffadhaa ❤❤ barnoota qarshiin hin arkamneedha jabaadhu ❤
@BahariTajudinHassenBahari
@BahariTajudinHassenBahari 4 месяца назад
Wow nice great man like 🌹👍
@ahmedahmed2846
@ahmedahmed2846 Год назад
Yeah Dr this is reality I’m using this tactics for leg strings, as well cheers Dr
@sabboontuuwallaggaalixaa
@sabboontuuwallaggaalixaa Год назад
Bagaa nagan dhufte dr kenya
@charinetalemu2686
@charinetalemu2686 Год назад
DR Naafii!! Sagantaa kee kana namoonni qaroo hin qabnees ni hordofu waan ta'eef wantoota vidiodhan mullatan akka nuuf galutti jechaan osoo nuuf ibsitee gaariidha. ANI akka nama tokkootti waan hedduun sirraa barachaa jira waan ta'eef Gooftan si haa eebisu.
@waqayyoosodachuuogummaatti7908
Argasisaa jiraa ber😮
@ayalayal8295
@ayalayal8295 Год назад
Yaa Dr yeroo bayyee kallee kottu nadhukkuuba garan kos na bokokaa mee maal dawalan isaa sababaa maliifimo garan koo kun nabokookaalata kun yeroo hundati mee rabbii jedhiitti naaf himii😢😢
@iyasuiyasu1063
@iyasuiyasu1063 Год назад
Galatoomi Dr , we love you our expert ! Barumsa guddaa argannee eebbifami !
@Rahamet-o8d
@Rahamet-o8d 2 месяца назад
Baareda itti fufi dr nafyad
@nakaanddom243
@nakaanddom243 Год назад
Dr ana dhufu 🎉 gafi qaba dr abba cabsa dhifama garu abba warra kiyya waga torba wajjin turre jirra yero dura bulti kessa galle qamni sala isa bayya hamadha garu ama yero dhiho as ni lafate ykn ka'ufi dide yero ka'efi jedhu daqiqa murasa boda ni laffata furmata isa naf himi abba warra ko heddun jaladha dhise demu hin dandene isuma yaladha furmata isa dawa naf himi qosa miti dhugadha hin kolfina barumsa isinif taha
@cgvb6766
@cgvb6766 Год назад
Kilinika deemi lubbuu dawaan isaa jiraa dhugaa qaamaa saalaa dhiira kan jabeessu
@bashadudhaaba3022
@bashadudhaaba3022 4 месяца назад
Hin kolfina Kan jeteen kolfee ani😂😂❤
@SuleeWallaggaa
@SuleeWallaggaa 4 месяца назад
Doctor hundumayyuu hin dandeenyaa anoo na tursiissaa. Dafees na baassaa akkumaan yaade an koohoo
@kichuorotube
@kichuorotube 4 месяца назад
Akkam dr baga nagan dufte attii akkam jirta erga futee dr ofiifis ittii fayyaadama ka😊
@sakinaawal3265
@sakinaawal3265 Год назад
enyutu akka ko hawwin eega Dr nafyadin👍
@fanushalomicom1137
@fanushalomicom1137 Год назад
Ilma dhiraa qaba gaat tahe ittii himaa galatom doctor 💯💯💯💯💯🙏
@obseegorba
@obseegorba Год назад
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii walii jajabesinaa
@fanushalomicom1137
@fanushalomicom1137 Год назад
@@obseegorba tolee obse
@belayche4050
@belayche4050 Год назад
Bagaa nagaan dhuftee Doctor ❤
@samiraoromojimma833
@samiraoromojimma833 Год назад
Dhiiraa qofaaf mo hundaaf
@chaltuolana
@chaltuolana Год назад
DR muca biyya koo jabadhu AFFAN KOO
@lebanoncell9835
@lebanoncell9835 4 месяца назад
Galtomii doktoraa kenyaa jirdhuu dhugaa bayee namaa barsisaa❤❤❤❤❤❤❤❤
@RaiseHafis
@RaiseHafis 4 месяца назад
Atti si jira
@RaiseHafis
@RaiseHafis 4 месяца назад
@gadisemamo4909
@gadisemamo4909 Год назад
Saa ebbisuu jechaa Dr naf yaddii gafin sii gafadhaa jalalaa wqytin akkaa na debiftuu abdin qaba Mana yeroo bayyeen dedebi'aa turee infection bacteria marimanii fi garachaa qabdaa nan jedhan qorichaa naf kenanii turan garuu yero torbaa oll garaa mana yalaa demeraa bayyee na dhukkubaa qorichii isan naf kenanis homaa naf hin gonee 1,maliraa nama qaba 2,midhan isaa malii 3,karalee kamin ofiraa ittisuun danda'ama Dhifamaa dubayi irran si gafachaa jiraa abdinin sii egaa ossoo silkii kee qabadhee sif dawalun barbaden turee garuu argachuu hin dandenyee
@hirkootube1
@hirkootube1 4 месяца назад
Dr ati hojjattee hangam siif deerattee
@ToleraTemesgen-u6t
@ToleraTemesgen-u6t 9 месяцев назад
Dr.You are gentle man thank you.
@rahmakadr1833
@rahmakadr1833 Год назад
plees nadebisa
@metii5816
@metii5816 Год назад
Koo kani hojjeta olee yeroo achii galuu kiwuu naa godhaa 😂 i love him abba mana cima 😂❤
@ziziEthiopia
@ziziEthiopia Год назад
😂😂😂😁😁🤭🤣
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 Год назад
Bayyee Galatoomi doktora 👏
@JemalMohammed-v5g
@JemalMohammed-v5g 8 месяцев назад
Kabajamoo Doctor Nafyad barnoonni kessan hedduu nutti tolaa hedduu hordofnaa itti nuuf fufaa jechaa gaaffiin qaba. Qaamni namaa guutuun(nafa, harka, qoma, fuula fi kkf) maalif yeroo gara yerootti qal'achaa deema dhibee tokkoon maletti?
@to1awak
@to1awak 4 месяца назад
Waan biraa nu hojjeedhu mee waa'ee fayyaa irraatti
@birhangirma6392
@birhangirma6392 Год назад
Dr Kenya eebbifamii galatomii
@vision-bh5xm
@vision-bh5xm Год назад
Great job Doctor kenya. Very informative
@bizuubizuubojaa
@bizuubizuubojaa Год назад
Bagaa nagaan dhuftee doctor 🥰
@kwtkwt6841
@kwtkwt6841 Год назад
Galatoomi Dr Yoo waqayyoon jedhee hetumufanikaa dhamsa jabduu qsba barnot
@kiyagetu1151
@kiyagetu1151 Год назад
​@@kwtkwt6841 ❤
@jealanahoman7934
@jealanahoman7934 4 месяца назад
Dhugaa Dr baay'ee natti tolta.Galatooma
@GemechuTedesa
@GemechuTedesa 3 месяца назад
ani namaa qama,u dha qamee yeroon jedhi ykn shintibeti dhaqee yeroon dhiqadhu simetitu na ba,a maliif?
@kumamulessa6440
@kumamulessa6440 4 месяца назад
Hello our doctor galatomi
@destamerid2173
@destamerid2173 Год назад
Teaching and good physical exercise
@obseegorba
@obseegorba Год назад
Kotui mee walii jajabesinaa matii nafii tatii sanyii
@addoyye
@addoyye Год назад
Baga naga dhufte Dr❤ J..koti shera godhu laata hanga ani galuuti haa yaalu😢😂
@nuriyaadam171
@nuriyaadam171 Год назад
😅😅😅
@madinah299
@madinah299 Год назад
Itti sheri sigodhee😂😂😂😂😂
@saratube8534
@saratube8534 Год назад
🤣🤣🤣
@ademmichu9209
@ademmichu9209 Месяц назад
@@nuriyaadam171 welcome
@KasahunBulti
@KasahunBulti 3 месяца назад
Jaalalaaf kabaja guddaa siifqabna hayyuu namaa!!
@MuazKasim-zf1rw
@MuazKasim-zf1rw 7 месяцев назад
wowowo Dr jiraadhaa ❤❤❤❤
@KaalidJimma-x2u
@KaalidJimma-x2u 4 месяца назад
Jiraadhu dktar fayyaata ii❤
@TulluGudaselale
@TulluGudaselale 4 месяца назад
Akkam isin doctor hojicharratti dandeettii qabduu? Muuxannoo waan qabdan fakkaattu😂😂
@JaferJaferAhmed
@JaferJaferAhmed 4 дня назад
Ee si waliin❤❤❤❤
@gamteessaaentertainment3565
Tank you my boss ♥️🙏
@hacalibe3306
@hacalibe3306 Год назад
Dr keenyaa mee gaffiin sii gafadha waaqa jedhii naf debbisa yo dandesse . crinone 8 progesterone gel. Mee kun malii fayyadha gaffii kotii
@DessalegnAdmassu
@DessalegnAdmassu 5 месяцев назад
Hammer of Thor qorichii jedhamuu dhuguma qaama saala dhiira ni guddisaa?Dhiibaa maalii fidaa?yeroon fudhanaasaa hoo?Biyyaa ani jiru Egypt 🇪🇬 Cairo dha waan hundumaaf qorichii fudhatu...fun akka yeroo dheeraaf Turan godhu deebii itti kenniteeta kanaan dura galatoom.....
@DessalegnAdmassu
@DessalegnAdmassu 5 месяцев назад
Fun kan jedhu fkn jechu koodhaa
@Ademu22Firo
@Ademu22Firo 4 месяца назад
Garuu ATI Dr. DHA?
@oromiyaabiyaakoo5922
@oromiyaabiyaakoo5922 5 месяцев назад
Kan osoo salqunaamti hin rawatiin jiksuu hoo furmanii isaa Mali??
@AbdiiMan-gp9lt
@AbdiiMan-gp9lt 4 месяца назад
I am sorry Dr. Nafiad ,society with out culture _culture with out society didn't exist.dhaloota amma kanaf garuu kan Sierra hin eegu!!!!
@EsraelGamachu
@EsraelGamachu 4 месяца назад
Da'immi tokko Abba HIV positive ta'ee fi haadha HIV positive ta'eerraa akkamitti HIV negative taee dhalachuu Danda'aa?
@rawudasayid4515
@rawudasayid4515 Год назад
Dhirrii Sirree irratti jaabchuu qabaa jetee wojii kee moo 😀😍😍😍😍😍
@obseegorba
@obseegorba Год назад
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii walii yaa jajabesuuu
@asterasterarasrasa1727
@asterasterarasrasa1727 Год назад
Dr naf gaalatomi Amma j koo waalin ani jaalqaba Fayyidaa gudaa qaaba 👍
@obseegorba
@obseegorba Год назад
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo walii yaa jajabesinuu
@faxumaali1185
@faxumaali1185 Год назад
welcome Abbaa cabsaa kooo😍😀
@almazwagari8175
@almazwagari8175 Год назад
Uuuuufffee Dr Sirritti jallatami😊😊😊
@SuleeWallaggaa
@SuleeWallaggaa 4 месяца назад
SI muudee moo😅😅😅
@ashrafmajali7422
@ashrafmajali7422 Год назад
Bagaa nagaan dhufte
@nati2134
@nati2134 Год назад
Ani akkaasinuu nan godhaa sochii sportii feedhuu dubartii qofa fidii
@JabalNaasir
@JabalNaasir 4 месяца назад
Dr galatoomi garuu ani warran qabu
@MalkamuDasu
@MalkamuDasu 5 месяцев назад
Doctor bayessadha abjuudhaan kan bufatu mo malidha akkamittin dhabbachuu danda,a
@FatiyaKemar
@FatiyaKemar 4 месяца назад
Dr haala dhukkubni tiru tayipibin itti dabrun beku feedhiti
@AliAhmed-kq4ft
@AliAhmed-kq4ft 4 месяца назад
thank you
@JaMalu-zg9hp
@JaMalu-zg9hp 4 месяца назад
Galatooma dr
@ililiishow
@ililiishow Год назад
Dhuga barnota garii nuf dabarsa jiirta garu marsaa lamaffaa ka dubartii fidii
@gadaayemane7100
@gadaayemane7100 Год назад
Dr dandeettii waa yaaadachuu hoo guddifachuuf sochii qaamaa akkamii gochuu qabna?
@mabethmmabeth6610
@mabethmmabeth6610 Год назад
Dr koo ❤❤❤❤❤❤
@husseingodana4238
@husseingodana4238 10 месяцев назад
Do we have to this morning or anytime we want? How many times a day?
@Wankooshow
@Wankooshow Год назад
Dansaadha. Continue more.... Doktor galatoomi
@RaiseHafis
@RaiseHafis 4 месяца назад
Eeeer
@roziroozi7499
@roziroozi7499 Год назад
Galatomi Dr kenyaa ❤❤❤
@terefdhamasalesh-xh9ts
@terefdhamasalesh-xh9ts Год назад
mee dr kenyaa lakofsaa bilbila kee naf ergii wanii sii gafadhuu jiira hafara
@JelanAmen
@JelanAmen 21 день назад
Nuuf jiradhuu lenca oro
@rahmakadr1833
@rahmakadr1833 Год назад
Dr Arma ko gidu baye na rukuta nadhadhabbsisa Sababa malitifi😢
@fatenassir5803
@fatenassir5803 Год назад
Bishaan bayyisi dhugii nyataa yeroodhan nyadhuu Hiri'ina dhigaa tahu danda'a
@GurmesaFetene
@GurmesaFetene 4 месяца назад
Baayee barumsa gaariidha Docter galatoomi
@waltejitola3337
@waltejitola3337 Год назад
Abbaa cabsaa qashtii ❤💚❤
@obseegorba
@obseegorba Год назад
Kotuu matii nafii tatii sanyii walii jajabesinaa
@waltejitola3337
@waltejitola3337 Год назад
@@obseegorba sif taeraa
@BireeTesfaye
@BireeTesfaye 5 месяцев назад
Bilbila keessan naaf erga gaaffin qaba doctor
@KadireAbdii-i3e
@KadireAbdii-i3e 27 дней назад
Dibee kintaarooti irraa akkamitti of wallaàna
@مسك-غ7ع
@مسك-غ7ع Год назад
Namnni yerro Wal qunmaati daalge Gaara naa dhukuba
@muluketeme2126
@muluketeme2126 Год назад
@ebsabelay671
@ebsabelay671 4 месяца назад
good
@oroomon_oromoof
@oroomon_oromoof Год назад
Maliif ofikee sport sani hojjette nutti in argisiftu
@Musa-mb9ng
@Musa-mb9ng 4 месяца назад
Ati wajete lalte jirta DR
@Sulemanhjgariyyee
@Sulemanhjgariyyee Год назад
Baay.ee garidha 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@Ingida-uu7ik
@Ingida-uu7ik 4 месяца назад
Dr wayee Nursing nuu dhiyesii mee
@kerunasir353
@kerunasir353 Год назад
Siree irrati duwwa mitiim
@HabtishTashe
@HabtishTashe 9 месяцев назад
Dhukkubbi garaachas namni qabuu❤
@berhanuregasa1715
@berhanuregasa1715 Год назад
Dr waan kaan dhiisi mee ati sireerratti hagam turta?
@wabo-x2k
@wabo-x2k 4 месяца назад
Oke ulfadh
@DesiDesi-e8o1r
@DesiDesi-e8o1r 7 месяцев назад
Dr jirtuu harka fune😂😂😂❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@RaiseHafis
@RaiseHafis 4 месяца назад
Ati maalif
@EfaShsh
@EfaShsh 4 месяца назад
@MidheksaJiro
@MidheksaJiro Год назад
WOW
@YoonaasFiqaaduu-xf9er
@YoonaasFiqaaduu-xf9er 4 месяца назад
Maali Yaa dooktoor Amma immoo maali nuhubachiiftuu
@KasahunNugus
@KasahunNugus 3 месяца назад
Baye garidha
@HirutHirutdajane
@HirutHirutdajane 4 месяца назад
Baredaa garuu dhironi ojii umnaraa olanii tole jedhani in ojetani 😂😂
@IbrahimAliyi-t8d
@IbrahimAliyi-t8d 5 месяцев назад
Dr galatoomi
@bbbbjjjj5979
@bbbbjjjj5979 Год назад
meshaa keessan wolawala jedhiika
@MuktarShamsu
@MuktarShamsu 4 месяца назад
Dr. Anoo haadha manaa hin qabu yoon hojjadhe maal naaf goodhaa 😂
@user-to6il8cl5k
@user-to6il8cl5k 8 месяцев назад
Jabaadha
@AhmadMahammed-wi2eq
@AhmadMahammed-wi2eq 4 месяца назад
Akkamiti lamaa debiyaan
@palacedibba1826
@palacedibba1826 5 месяцев назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤Drr Gaallatomii
@oromiyaabiyyaatoo
@oromiyaabiyyaatoo 4 месяца назад
Namoni halkan abjun hormonin irra dhangala.uf Mali fali
@AfandiSham
@AfandiSham Год назад
D/r Bayye bayye galtoomi
@aberashmagersa2193
@aberashmagersa2193 Год назад
Der❤❤❤
@yerusjabesa8400
@yerusjabesa8400 Год назад
Dr😍 ani sheepi koo balesu barbada 😰😰yon mali godhe badaa??madami tiyya walin wali galu dhabnee😢😢😢
@tigistedosa5990
@tigistedosa5990 Год назад
Madami kee maltu ishee dhibee ati uffata kee sirataan ufadhuu dhaqna kee kan basu hin ufatin sirata godhii
@faxumaali1185
@faxumaali1185 Год назад
madami maltu dhibe kan nama kenu Raabbii qamaa ke siriti sataradhu ufadhu
@SofiTube-l2y
@SofiTube-l2y Год назад
Bayyee garidhaa ❤❤
@RaiseHafis
@RaiseHafis 4 месяца назад
Ati maalif
@SamiraSamira-uk7vm
@SamiraSamira-uk7vm Год назад
Yo ya jiritaa
@kiyagetu1151
@kiyagetu1151 Год назад
Doctor Maaloo hiriyyaa too garaatti hafe. Baatii 1 guutera fallikoo maalidha Naaf imi maaloo
@umerwoliyia461
@umerwoliyia461 Год назад
Anu siti hima
@cgvb6766
@cgvb6766 Год назад
Fallisaa mucaa da uudhakaa kkkkkkkkkkk
@bizubedada7555
@bizubedada7555 Год назад
Maalii gotii re dechii male
@zinateshome1852
@zinateshome1852 Год назад
Kaan dubaraho Dr kenya
@BonaAlamayyoo
@BonaAlamayyoo 3 месяца назад
Galatomi dhugaa
@workihikoo634
@workihikoo634 Год назад
Nora. Dr❤❤❤❤❤mafa. Bada❤❤❤
Далее
Qaamni saalaa Kiyya xiqqaadha| akkamiin guddisu?
15:46
Просмотров 344 тыс.