Тёмный

kintaarotii/baasur maaltu nutti fida? akkamitti manatti of-yaalla? 

Dr Nafyad Getu Official
Подписаться 321 тыс.
Просмотров 125 тыс.
50% 1

dhibee kintaarotii ykn baasur maaltu namatti fida, akkasumas wantootni nuti irraa of-eeggachuu qabnu maalfaadha?

Опубликовано:

 

29 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 592   
@qalloowarratuulamaashaggar1477
@qalloowarratuulamaashaggar1477 3 года назад
Ati kuni Dr qofa mitii jiraadhu jabeessa keenya❤❤
@ayniyediksis9336
@ayniyediksis9336 3 года назад
Qalloo too kootu mana koo naa daamari tiruu too
@keetube3666
@keetube3666 2 года назад
Maqaan koo Naanbon jedhamaa Finfinee jiradhaa barataa kutaa 8tiitii channalaa koof Maloo maatii naaf ,ta’aa isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo ...... ሰላም ጤና ይስጥልኝ ናንቦል እባላለው ፊንፊኔ ነው ምኖረው የ8ኛ ክፍል ተማሪ ነኝ ኬቱብ/kee tube/ የሚባል ቻናል አለኝ እባኮን ሰብስክራይብ ያርጉኝ ...
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee 💕💕❤️❤️
@muazabdela8217
@muazabdela8217 4 месяца назад
Dr. Ulfaadhu! Kanin ja'uu barbaadu, amma kintaarooti niin qaba garuu xinno iita'eera dhiiga hin qabu , kanaaf mana keessatti yaalii ati nuuf himte kanaan yaalamna mo ; mana yaalaa dhaqna ????
@HUNDAAF-MEDIA
@HUNDAAF-MEDIA 3 года назад
Ijolee oromoo maaloo 🙏🙏asumani maatii nafi ta'a 💚❤💚na jajabesa lammii waani koo qaqalii 💚❤
@keetube3666
@keetube3666 2 года назад
Maqaan koo Naanbon jedhamaa Finfinee jiradhaa barataa kutaa 8tiitii channalaa koof Maloo maatii naaf ,ta’aa isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo ........ ሰላም ጤና ይስጥልኝ ናንቦል እባላለው ፊንፊኔ ነው ምኖረው የ8ኛ ክፍል ተማሪ ነኝ ኬቱብ/kee tube/ የሚባል ቻናል አለኝ እባኮን ሰብስክራይብ ያርጉኝ ...
@Adugna-zk7co
@Adugna-zk7co 3 месяца назад
Thanks Dr
@AsterBirhanu-cp4rt
@AsterBirhanu-cp4rt 3 месяца назад
Please doktor malo mucan koo arajikin najala dhumte malo goricha saa naf immi please 🥺🥺🥺🥺🥺🥺🥺🥺💔😭💔🥺🥺
@ayyantukaachalii4242
@ayyantukaachalii4242 3 года назад
Nuuf jiradhuu Dr keenya
@keetube3666
@keetube3666 2 года назад
Maqaan koo Naanbon jedhamaa Finfinee jiradhaa barataa kutaa 8tiitii channalaa koof Maloo maatii naaf ,ta’aa isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo ......... ሰላም ጤና ይስጥልኝ ናንቦል እባላለው ፊንፊኔ ነው ምኖረው የ8ኛ ክፍል ተማሪ ነኝ ኬቱብ/kee tube/ የሚባል ቻናል አለኝ እባኮን ሰብስክራይብ ያርጉኝ ...
@adonaadona8860
@adonaadona8860 10 месяцев назад
Uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu🤦🤦🤦🤦🤦🤦🤦🤦🤦🤦🤦🤦🤦🤦🤦🤦🤦🤦🤦🤦🤦🤦🤦😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭Bayee bayeen Hittiin Rakkachaa Turee maloo badee badeee😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢 Galatomii DR bayee waqayoo Bekkadhaa
@omarharib8451
@omarharib8451 2 месяца назад
Dr bayye galatomi❤❤❤ gafii 1ni qaba infection tubbo fincani akkamiti fayisuun dandagama please help to me?
@retafufa
@retafufa 7 месяцев назад
yaalii baqaqsanii yaaluutiin ala kintarotiin qorichaan fayyun hin danda.amuu ykn qoricha hin qabuu kan biroo immoo nyaata fayberii beessaa kanneen akka ruuzaa goginsa garaaf sababa hin ta.anii?sababa goginsan dhukubni kuni ni dhufa waan ta.eef. deebii hatatamaa barbaada
@NAZIIFJamaal
@NAZIIFJamaal 9 месяцев назад
Dr kintarotin qamasaladhira nilafisaa humnasa akanijabatu hingodhu
@sidetenyanenyi
@sidetenyanenyi Год назад
Har'aa Abba kotii dawaleeni kinitarotin naa qabee naa jedhee maaloo baayeni yad'ee uuuúfffff yaaa waqaayoo Koo maali naa wayaa😢😢😢😢😢😢😢😢
@sabotubalee6356
@sabotubalee6356 2 года назад
Dr nabara kesani nu maxasame
@keetube3666
@keetube3666 2 года назад
Maqaan koo Naanbon jedhamaa Finfinee jiradhaa barataa kutaa 8tiitii channalaa koof Maloo maatii naaf ,ta’aa isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo ..........,, ሰላም ጤና ይስጥልኝ ናንቦል እባላለው ፊንፊኔ ነው ምኖረው የ8ኛ ክፍል ተማሪ ነኝ ኬቱብ/kee tube/ የሚባል ቻናል አለኝ እባኮን ሰብስክራይብ ያርጉኝ ...
@obseeobseekita3519
@obseeobseekita3519 3 года назад
Welcome jabbaa keenyaa jabbadhuu baramasii kee nama borasaaa
@keetube3666
@keetube3666 2 года назад
Maqaan koo Naanbon jedhamaa Finfinee jiradhaa barataa kutaa 8tiitii channalaa koof Maloo maatii naaf ,ta’aa isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo ........ ሰላም ጤና ይስጥልኝ ናንቦል እባላለው ፊንፊኔ ነው ምኖረው የ8ኛ ክፍል ተማሪ ነኝ ኬቱብ/kee tube/ የሚባል ቻናል አለኝ እባኮን ሰብስክራይብ ያርጉኝ ...
@gammefun
@gammefun Год назад
Galatomi Dr
@HedayaAwal
@HedayaAwal 4 месяца назад
Doctor adaraa oromummaa na dhukubaa biyya ambaan jira dhibee ko kanaf qoricha akamii akkan fudhachuu qabuu me adaraa lakkoofsa keessan na ergatii keessan isin dubachisaa
@sinboooro301
@sinboooro301 2 года назад
Galatomi barnota baayee sirra argachaa jirra
@keetube3666
@keetube3666 2 года назад
Maqaan koo Naanbon jedhamaa Finfinee jiradhaa barataa kutaa 8tiitii channalaa koof Maloo maatii naaf ,ta’aa isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo ......... ሰላም ጤና ይስጥልኝ ናንቦል እባላለው ፊንፊኔ ነው ምኖረው የ8ኛ ክፍል ተማሪ ነኝ ኬቱብ/kee tube/ የሚባል ቻናል አለኝ እባኮን ሰብስክራይብ ያርጉኝ ...
@user-Abebu
@user-Abebu 2 года назад
Malo Mee Ana Dhiyenya Kana Naa Dhukkubu Qabe Mana Yala Demnan Omtu Hin Jiru Nan Jedhani Garu gara Ala Omtu Hin Jiru Kessa Naa Dhukkuba
@keetube3666
@keetube3666 2 года назад
Maqaan koo Naanbon jedhamaa Finfinee jiradhaa barataa kutaa 8tiitii channalaa koof Maloo maatii naaf ,ta’aa isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo ........ ሰላም ጤና ይስጥልኝ ናንቦል እባላለው ፊንፊኔ ነው ምኖረው የ8ኛ ክፍል ተማሪ ነኝ ኬቱብ/kee tube/ የሚባል ቻናል አለኝ እባኮን ሰብስክራይብ ያርጉኝ ...
@AbdiYusuf-e6e
@AbdiYusuf-e6e 6 месяцев назад
Dr ani kale nadhuba bishan letir 5 oli dhuga jira bishan ho an midha qaba
@gututerefe3495
@gututerefe3495 9 месяцев назад
Helo doctor nagaan waaqayyoo isiinif haa baayatu beekunsa irratti beekunsa sinif haa dabaluu!!! Doctor waa'ee dhukkuba Rheumatoid arthritis ilaalchisee bekumsa keessan irraa nuf qoodame??
@afatah8278
@afatah8278 3 года назад
Galatoomi Dr nafyad
@keetube3666
@keetube3666 2 года назад
Maqaan koo Naanbon jedhamaa Finfinee jiradhaa barataa kutaa 8tiitii channalaa koof Maloo maatii naaf ,ta’aa isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo ..........,, ሰላም ጤና ይስጥልኝ ናንቦል እባላለው ፊንፊኔ ነው ምኖረው የ8ኛ ክፍል ተማሪ ነኝ ኬቱብ/kee tube/ የሚባል ቻናል አለኝ እባኮን ሰብስክራይብ ያርጉኝ ...
@NawaalQurux-s6f
@NawaalQurux-s6f Месяц назад
❤❤❤❤❤❤❤❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 года назад
Wawrwb laftis riqicha Biyyaaf biyyeettiis du'aa dhoksaa hayyuun Gaaddisaa ummataaf haadhagayuu gurriis UstazRaayyaa Abbaa Maccaa aswrwb waraanaa Golan heights and peace advocates for true democracy love and peace advocates Drlammaa magarsaa fi DrugIlkaaniin DrAbiyyii Ahmed Dubbisi Addee Caaltuu Saanii garaa Eegumsaa Emergency Medical services and defense Dugdaa Biyyaaf zinnaash Tayyachow waraana Emergency management team at anytime Dubbisi jechamaDr Abiyyii Ahmed Ahmed deemsis walumaan Beekumsii mariif Onneen waraana Eegumsaa
@sosans3175
@sosans3175 Год назад
Jabadhuu umriinii Kee haa dhertuu
@ayantumucaakakuu5952
@ayantumucaakakuu5952 3 года назад
Galatomii Dr naaf yadii
@keetube3666
@keetube3666 2 года назад
Maqaan koo Naanbon jedhamaa Finfinee jiradhaa barataa kutaa 8tiitii channalaa koof Maloo maatii naaf ,ta’aa isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo ..........,, ሰላም ጤና ይስጥልኝ ናንቦል እባላለው ፊንፊኔ ነው ምኖረው የ8ኛ ክፍል ተማሪ ነኝ ኬቱብ/kee tube/ የሚባል ቻናል አለኝ እባኮን ሰብስክራይብ ያርጉኝ ...
@hawi1026
@hawi1026 Год назад
Thank you
@biridiriba4324
@biridiriba4324 3 года назад
Galatomi dr
@sumayaaibrahim3784
@sumayaaibrahim3784 2 года назад
Shukranii galtomii
@kadijaa9088
@kadijaa9088 Год назад
Dr namni dhukkuba tiruuf kintarootti bakka takka yoo nama qabee nyaanni kintaroottif barbachisuu tiruuf hin fayyaduu mee maal wayyaa ?
@تووو-خ4ط
@تووو-خ4ط 3 года назад
Galtooma dr gaffii qaba uffata nama kintoortii qabu uffata isaa yoo uffatin namaa darbaa hirriya tiyya dhibee kana qabdi ufffata woliirra godhan😢
@ssssssss3636
@ssssssss3636 3 года назад
Dr kintaarooti yoo namara ture rakkoo maali fiida??
@asteradisu3941
@asteradisu3941 2 года назад
Nagan isinif hata'uu doktor gafii kanaa naf debisamee maloo dhugaa bay'een rakkadhee Harkiikoo yeroo bay'ee naa tatarsa'aa darbee imoo sonbaa horii kesaa ba'uu isaa dhukubsata kan uuuuratee jiraa mitii akkatii gogaankoo naa uuratee bay'ee na dhukuba mana yala na gesuu didee madaaamin koo Bishaan irraa siquuu hin danda'uu Yoon bishan irraa siqee uuufff na tatarsaa'aa maloo yoon mal godheèè naa dhisaa😥
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee 💕💕💕❤️👌
@fatumaadam2440
@fatumaadam2440 3 года назад
Dr galatomi oboleeti tiyya lukkaa irratii bahe garuu hin mulatuhu yero isini demtuhu qofaa dhukuba mee adani naa basii😭
@hadhakalid7808
@hadhakalid7808 3 года назад
Baasuur ykn kintaarotiifi Dhullaan garaagarummaa qaba kintaarotiin isa iddoo sagaraan bahitti mulkatuudha inni qaama biraa immoo dhullaa jedhama qoricha isaa doktora gaafadhu
@AishaAisha-hw9pb
@AishaAisha-hw9pb Год назад
Dhukubuni gigiti b jeedhamu malnyachu barbachisa
@fatumakaderfatumakader9261
@fatumakaderfatumakader9261 2 года назад
Galatoomi Dr
@mastaramayuu5917
@mastaramayuu5917 3 года назад
Dr kaa nama hiin dhukbnee kaa useetumaa tauu yoo malii dawan isaa hiin gudatuu. Hiin xiqatuu bee Kan tauu malii dawan Kan nama hiin dhukubnee
@waltejitola3337
@waltejitola3337 3 года назад
Galatoomii dhugaaa jaal abba cabsaa keenyaa ❤💚❤
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee 👌👌👌💕💕💕💕❤️❤️❤️❤️
@AbarashA-qo5fd
@AbarashA-qo5fd 3 месяца назад
Galatomii dr
@siyademitiku4417
@siyademitiku4417 3 года назад
Baayee galatomi Dr kenyaa ❤💚❤👍👍👍
@KebekiOfficial541
@KebekiOfficial541 3 года назад
Anile si yaade maatii naaf ta'imee sanyi koo
@rizza169
@rizza169 3 года назад
Galatomi garu ana wagga tokko dura daumsa bodaa jia tokkoti dura garaan nagoge achi bodaa kintarotiin natti dhufe qorichaa farmazidha bite itti fayyadamee badu hin dandenyee ammaaf hin dhiqi naan dhukkubu kun akkam Amma bakka kale bitaaf birgaraa bayyee akka ibidda naguba adaraa kun malidhaa?
@dambalmedia
@dambalmedia 3 года назад
❤💕❤#Comment kana dubbiste osoo #Maatii naf ta'in hin darbin❤💕🙏🙏🙏
@keetube3666
@keetube3666 2 года назад
Maqaan koo Naanbon jedhamaa Finfinee jiradhaa barataa kutaa 8tiitii channalaa koof Maloo maatii naaf ,ta’aa isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo ...... ሰላም ጤና ይስጥልኝ ናንቦል እባላለው ፊንፊኔ ነው ምኖረው የ8ኛ ክፍል ተማሪ ነኝ ኬቱብ/kee tube/ የሚባል ቻናል አለኝ እባኮን ሰብስክራይብ ያርጉኝ ...
@feyisalemessa2201
@feyisalemessa2201 2 года назад
Doctor NaafYaad, baga jiraatte. Hojii ati hojjette guddadha. Seenaas dalagdee jirta. Gahee kee fixuus baattu, bahataa jirta qixa sirriin. Kun nuuf qaama qabsooti. Bakka jirtutti nagaa qabadhuu! Egaa uummanni keenya public health n dhimma rakkoo guddaa ta'ee jiraatedha. Uummanni sadarkaa hundarra jiru keessuma dhibeewwan hundumaa , opportunistic disease dabalatee address ta'uun hedduu barbaachisaadha. Hojii itti jirtu beekamtii guddaa siif kennisiiseera. Haa ta'u malee gahaa dha kan jennu yoo gara miidiyaalee idileetti integrated ta'ee broadcast ta'ee fi miliyoonota dhaqqabedha. Dhaqqabuus ni qabaata. Keessumaa yoo dandeesse videolee kanneen qaamota miidiyaalee ergitee qilleensarra akka oolchan taasisaa. Asirratti hin hambisinaa, Uummata biraan gahaa, Uummanni keenya bal'aan You tube n wal hin beeku. Adaraa isiniin jenna. Galanni kee bilisummaa ha ta'u! Stay safe! 🥰
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee 💕💕💕❤️👌👌👌
@hawwiitube207
@hawwiitube207 3 года назад
Dr galatoomi garuu ani nyaata ga'an nyaadhaa bishaan ga'an dhugaa garuu garaan koo didee na gogaa amma isa dhuma furmaata dhabnaan qoricha fudhachuun egalee . ani qoricha fudhachuu barbaaden miti garuu maal akkan godhu dhabeen mee maal naaf himta ati nyaata ani nyadhuuf bishaan ani dhuguu waal argachuu dhabuu isatti mmoo maalif kun narratti ta'a nyaatni ani nyaadhu kuduraa kan Guutaman dha sochii qaamas nan godha waanti na hafe iyyuu hin jiru baayyinni sochii qaama Kanaaf na saxilaa Lataa??
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee ❤️❤️❤️❤️💕💕💕👌👌👌
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 года назад
Barsiisaa barnootaa dubarttoonnii ciqileen ummataaf university dhoksaa karaafi garaan dhoksaaOMN kanaaf Barsiisaa deemsis walumaan galatoomii hayyuu state university Drlammaa magarsaa fi DrugIlkaaniin DrAbiyyii Ahmed Dubbisi Dubbisi Dhibee dhageeffachuun imala ijaarsa ida'amuun mandisni kolfaan dhumnee
@khatizabegum5915
@khatizabegum5915 Год назад
Turtiirati midhaan fiduu nii danda.a
@BurtukanSisay-us5gk
@BurtukanSisay-us5gk 3 месяца назад
Naganyii waqayoo siif haa ta'uu doctor nafyadi adaraa Waqayyoo naaf debisii kinitarotii nan qaba ture yerooni sagaradha ta. u gaddii ba. a Kara alatii qubanini olii dabisaa ture Amma gadii ba. u dhise jiraa kinitarotiin ofini hin bada??? Yeroo ulaffa hoo rakinaa nii fidaa adaraa nafii debisi❤😢
@SimeraD-f2r
@SimeraD-f2r 7 месяцев назад
Dr nagani waqayo isinifi haa bayatu akami jiritu naga kesani gafi toko qaba inisi muca hiriyako tokotu biya arba demufi jete odu namadhafi jete qoricha kani waga sadi godhate demite ama waga 3 fixeti garu madamini ishe biyati si hin debisu itini jete ishetisi himinani caluma jala jete asiti hin dandamu jeteni me kanafi eriga wagani isa ira daribe rako irani gesisu danda? me debisa Dr
@tajudinabdo2024
@tajudinabdo2024 2 года назад
Nu biratti Mala Aadaa tiin salphaatti biqiloota Naannoo keenyatti argaman fayyadamuun fayyuu danda'a. Haala itti fayyadama isaa yeroo dhihootti isiniifan maxxansa
@Hananhanan-wh6je
@Hananhanan-wh6je 2 года назад
Mee.nuf manxasii matii sif taera
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee 💕💕💕❤️👌👌👌
@HayatahasanHasan
@HayatahasanHasan 21 день назад
Doctor kintarotin kun namoota bayyeeeeee Mila irrattii argaama keessahu nannoo fana irraati jechuudha mee akkamiti irraa fayyuu danda'a keessahu sadarkaa okolchiisu irraan gahee jiraa namoota akkasi sani Mee yalla mana keessati yalamuu maal nu dhamtuu
@HayatahasanHasan
@HayatahasanHasan 21 день назад
Jirra jirtu jechaa bagaa jirate doctor mee mana kenna keessati dawwa kintaroti kana bal'inan nuuf ibsii malo
@GabataGabex
@GabataGabex Месяц назад
Dokttor kan bekumsaa namakenuu rabbi guddadha sanifu aka ajaibaatti Ana dhukuba jira sanifu samunan ilkani ykn colget namara niigata dhabamsissa
@ObsaaDiriba
@ObsaaDiriba 2 месяца назад
Namoonni Yeroo waa ibsuu yaalan maaf waan ibsuuf dhufan dursanii Waree dheeressuu???
@SimaafWariyo
@SimaafWariyo Месяц назад
Gaafii Tokko qaba dhibee kanaa walqabate naannoo hudduu biratti akka dhullaa fakkaate namati baha ofumaa malaa inni kun haluma kanaan irraa kan deddeb'uudha maal ta'a laata doktori??
@habibakuti
@habibakuti 8 месяцев назад
❤️♥️❤️♥️❤️♥️❤️♥️❤️♥️
@meseretbeshad6937
@meseretbeshad6937 7 месяцев назад
🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@MatewosKenoks
@MatewosKenoks 4 месяца назад
Kintaroti qofa dha moo munee kan gad basuu Ameeban akkas nama hin godhuu?
@chamsiyashule2142
@chamsiyashule2142 2 года назад
doctor anii wontii kunii ergaa narratii mudhattee wogga 12ta.e jiraa anii duraa maal akka ta.eyyuu hin bekuu matiis sodaadhe dhokfaadhe ammaa ergaa biyyaa ormaa dhufee bayye naa dhukkuba
@fenumerga435
@fenumerga435 2 года назад
Dr guddaa galatomii barumsaa kef mallattoo dhikubaa akanattii rakkachaa ture amma garuu mal akkan gochuu qabu baree
@rahemakhadir1232
@rahemakhadir1232 2 года назад
Mee akamitii sagaraa namaa. Lafatuu
@ayishaatube3627
@ayishaatube3627 3 года назад
Dr thanks Mee lks bilbilaa kessan Wollahii Mati koo kessa Nama dhukkuba kintarot kanan qabame Wogga dheraf dhukubsate tu jira Akka bakka jirtaniti dhufani yaa Argatanuf Pels Adarasha kessan🙏
@huzeeyfaamusxafaa7087
@huzeeyfaamusxafaa7087 2 года назад
Akkumaa kee oboleesi kiyyaas wogaa dheraaf dhukubsataa jiraa rabbii jedhii yoo mattii ketifi dawaan argamee nafs himii hundaa isanituu rabbiin nuf haa fayisuu
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee ❤️❤️❤️❤️💕👌
@SaifSaif-ci7eh
@SaifSaif-ci7eh Год назад
Dr gafi koo na debisi wani isawalee zimi jedhee nafa korati wani xino bayee dabala demee garuu na dhuukubuu fonuma kotuu raree narti xinodha amilee malini kuni mee dr na debisi namota toko rati moramati lee bati wani tuuni
@تاجري11
@تاجري11 Месяц назад
Umuriin ke nuf adheratu wly badanatti toltejabadhu
@menderinhussein1760
@menderinhussein1760 Год назад
Galatoma Dr kenya anis gaafii isin gaafachuu barbaade tokko qaba kintaroti Garaa keessa meshaan mullisu ni jira yoo jiraate essatti akka argamuu fi maqaa isaa nnaaf hima mee?
@jmilahadansh396
@jmilahadansh396 3 года назад
Me qirichaa kokormuu yokini kukaroti nati himi harkaa kiyaratii bayise na bae Edo adaa adarii qubaa kiyaratii Nara baduu didee
@kefalewhaile-lp9qx
@kefalewhaile-lp9qx 5 месяцев назад
dokter Galatomi Bakka Irratti Kan Biqiluf Furmanni Isaaa Maali
@dhalootabarbaanna
@dhalootabarbaanna 8 месяцев назад
Dr laksakee akkamiti argachuu danda'a ??? Namni yaalamuu barbaadu akka sibira dhufun fedha maaloo
@nabilnajmua9153
@nabilnajmua9153 Год назад
Dr naf getuu gafii akkan naa rakisee isini gafadhaa dhukubani kansarii nama iraa namati hin darabaa??
@BayisaAliyi
@BayisaAliyi Год назад
Mee Hudii Kesanu Matii Naaf Tah Oromo Koo Lik Fi Sherii Hin Hirafatina
@UmarMamadsalii
@UmarMamadsalii Месяц назад
Dhamsa fayyadaa gudaa Qabu Nun gessani ufadhaa gudaa Galatomaa 🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@chamsiyashule2142
@chamsiyashule2142 2 года назад
Inumaa nyadhaas inumaa dhugaas garuu sagaraadhaf torbaanitii guyya tokko shinti betii fayyadamaa isaayyuu dubartii cininsifattun garagaruma hin qabuu
@fatiijimaa8372
@fatiijimaa8372 3 года назад
Harkafunee Dr wolcom gafiin qabaa inis dhiiben samutii waa qabachuu dhabuu ykn yadachuu dhabuu mali_________? Dhifamaa wojiin Tankiyu ♥️👈
@BOONEESHOW
@BOONEESHOW 3 года назад
Fati jima koo mana koo kootu
@KebekiOfficial541
@KebekiOfficial541 3 года назад
Fatiye maati naaf ta'i sanyi ofi
@keetube3666
@keetube3666 2 года назад
Maqaan koo Naanbon jedhamaa Finfinee jiradhaa barataa kutaa 8tiitii channalaa koof Maloo maatii naaf ,ta’aa isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo .........., ሰላም ጤና ይስጥልኝ ናንቦል እባላለው ፊንፊኔ ነው ምኖረው የ8ኛ ክፍል ተማሪ ነኝ ኬቱብ/kee tube/ የሚባል ቻናል አለኝ እባኮን ሰብስክራይብ ያርጉኝ ...
@HxjdhNcmfnfj
@HxjdhNcmfnfj 2 месяца назад
Waaeedhibeemarsaalaguu seeraan alayooguddate furmaataniqabaa?
@Jesusmyglory
@Jesusmyglory 5 месяцев назад
Qaama salaa shamarran hin gubuu doctors sogiddii😂😂😂😂
@sanyiimotiimotii5306
@sanyiimotiimotii5306 6 месяцев назад
Dr haadaraa waqaayyoo nafaa deebiisii Dr dhiibeen kunii namaa qal'iisaa?? Ani durraa killoo 60 ammaa garuu kiloo40😢😢 Kan birraa bayyee garaan na gogaa bayyee garuu wanti gadii ba'ee ykn dhiigaa hiin qabuu mali malii kiiyyaa yaa dr😢😢🙏🙏
@dhhdu3449
@dhhdu3449 4 месяца назад
Anisi akasumaa nama qalisa nati fakata
@SufiyanArsii
@SufiyanArsii 2 месяца назад
Haala kamiin keessan siqunnama. Naaf deebisi ples? ????
@nuureeguddina8654
@nuureeguddina8654 3 года назад
Nattu hundaa dursee like naf xuqii🥺👈🙄🙄
@zaruutubi
@zaruutubi 2 месяца назад
Tartiibin aki atii it barnotaa namfi kentuu garidhaa jabdhuu
@SameraSamera4th
@SameraSamera4th День назад
🙏🙏🙏🙏🙏👍👍👍♥️♥️♥️♥️
@omerbom8103
@omerbom8103 2 года назад
Dr dhibeen kun wal_qunnamtii saalaa irrati dhiibba fidaa
@jireenya2183
@jireenya2183 Год назад
yeroo bay.ee bobbaa nama irrattii ho,ii ni umama.dhufuu qabachuu dadhabuu sababaa maliifii?
@madinamohammed3627
@madinamohammed3627 2 года назад
Dr kintarot qabachu hin bekku garuu garaa kessaa naa gubaa lukkaa kessaa fanna jalaa naa gubaa akkasumas gara kalee gaditii nagubaa malin naa debisaa Dr hadaraa
@AbdurRahaman-ic7kk
@AbdurRahaman-ic7kk 3 месяца назад
Amma naa dhukkbuu jiraa doktor falli maalii
@FesFes-c7r
@FesFes-c7r 10 месяцев назад
Doktor naafyad kaan allatii baahee nama hosiisaa gaffa hoqan hin dhigaa
@IbrahimMahmed-f8u
@IbrahimMahmed-f8u Год назад
Dr gafin ko ramoo na dararee xixiqaa ta ,aa sagaraa wajiin baruu San yaroo taktakaa
@AaSs-gi1sm
@AaSs-gi1sm Год назад
Ani Wagga 4 darbee Urgaa dhukubaa kanan qabamee me ho Naraa Turee Rakoo naran gahuu Dadahaa Kiyaa yero Man ficanii shenuu qofa nabahaa Yero San ol shenuu ni didaa Harakaa kiyan oli galachaa Man Yalaa demudhaf Biyaa Arabaa jiradhaa kanafuu demuu Hin dadenyee mal Hagodhuu Dr me fur mataa. Naf himii😢 10:28
@AaSs-gi1sm
@AaSs-gi1sm 10 месяцев назад
Galtomi😢
@AbdiiHus
@AbdiiHus 7 месяцев назад
Dr dhugaa galatoomi anuma keessa dubbatte
@ithopia
@ithopia 3 года назад
Mali.mali.yala.qabdi.doktori
@muna.sitira3516
@muna.sitira3516 3 года назад
Bagaa nagaani dhuftee malifii gafiko nadeesinee D r wari biyaa alaa jirufii lakofsaa telee giramikee nukenii adaraa d r
@MameTb
@MameTb 3 года назад
Kotuu me atis mati naf ta'iilammii too
@AmadLosh
@AmadLosh 5 месяцев назад
Kintaroti garaakeessaa akkamitti wallaanama?
@qaareejawee6830
@qaareejawee6830 3 года назад
Gallatomii Dr anu ni qaba yero gari naa dhisa yero garii nati debi.aa 😢😢🙏
@selamselamyemareyamleji693
@selamselamyemareyamleji693 2 года назад
Waqqayyoo nuu haa gargaaru annis akkumaa ketii lubuu
@mayaujj4539
@mayaujj4539 Год назад
Nama ajeesayi dhukubichii mee naf himii hadaraa😢😢😢
@rijaluusiirataa2023
@rijaluusiirataa2023 2 года назад
halaa kamiin manati uf yaluu dandenyaa kintarotii
@sisesise7727
@sisesise7727 2 года назад
Baay,ee galatomi bro Mee qorichaa sinbiraa halkani yoo beekte naa himi baay,ee rakkachaan jiraa biyyaa orma keessatti
@keetube3666
@keetube3666 2 года назад
Maqaan koo Naanbon jedhamaa Finfinee jiradhaa barataa kutaa 8tiitii channalaa koof Maloo maatii naaf ,ta’aa isiin jaaladha,isiin kabajaa one love oromo .........., ሰላም ጤና ይስጥልኝ ናንቦል እባላለው ፊንፊኔ ነው ምኖረው የ8ኛ ክፍል ተማሪ ነኝ ኬቱብ/kee tube/ የሚባል ቻናል አለኝ እባኮን ሰብስክራይብ ያርጉኝ ...
@zxczxc3083
@zxczxc3083 Месяц назад
Dr gudaa galatomii ❤❤🙏🙏🙏🙏
@JibriilJams
@JibriilJams 5 месяцев назад
Miidhaan isaa maal? Hangam namarra turuu danada'a
@aishawariiustaasabiyyaamal6967
@aishawariiustaasabiyyaamal6967 2 года назад
Kan Alaatii bahee kan Namaa hin dhukkubnee hoo Dawaan isaa maali ?
@fathimafathima2295
@fathimafathima2295 10 месяцев назад
Wolhi Ani bayye nadhukuba yaro uda 😢😢😢
@badiriyaaabdoo3549
@badiriyaaabdoo3549 2 года назад
akkam nagaa jirtaa doctor mee qoriichaa fee.aamaa nafii hadaaraa kee
@adema1610
@adema1610 3 года назад
Dr Waa'ee Waa Dagachuu (Memory loss) irra waa Osoo nu barsiiftanii baay'ee barbaada.
@betyqun20
@betyqun20 3 года назад
Adem mati nf tayi lubbu
@adema1610
@adema1610 3 года назад
@@betyqun20maalii?
@FsjwjHshs
@FsjwjHshs 4 месяца назад
Gaalatoma ♥️♥️♥️🙏🙏🙏
@uaeuae7039
@uaeuae7039 2 года назад
Baaa yee galtomii anii bayee rakdheraa anii wogaa ba yee naraa tureraa
@rijaluusiirataa2023
@rijaluusiirataa2023 2 года назад
halaa kamin uf yaluu dandenyaa manatii kintarotii
Далее
Dhangala'aa qaama saalaa shamarranii keessaa bahu
19:18
КВН 2024 Встреча выпускников
2:00:41
Dhibee Toonsilii akkamitti manatti of yaalla?
35:24
Просмотров 17 тыс.
Qaamni saalaa Kiyya xiqqaadha| akkamiin guddisu?
15:46
Просмотров 342 тыс.
Kintaarotii fi fala isaa
18:26
Просмотров 14 тыс.
КВН 2024 Встреча выпускников
2:00:41