Тёмный

Durba Taanan Ilaaluun Barbaada 

Oromia 24
Подписаться 139 тыс.
Просмотров 37 тыс.
50% 1

Baga Gara Oromia 24 Nagaan Dhuftan
Guyyaa Guyyaan odeeffannoowwan yeroo ammee, xalayyaa fi mudannoo jaalalaa, asoosama, seenaa jireenya kan keessan isinumaaf argachu waan dandeessaniif maatii(Subscribe) keenya ta’a.
Namoonni Xalayyaa Jaalalaa ykn Seenaa Jireenyaa ykn Barreeffama Nama Barsiisu Danda’an Nuuf Ergu Barbaaddan, Erga keessan karaa message kallattin erguudhaan ittiin nu gaha.
+251937386564
Join Us
Telegram: t.me/oromia24
Facebook: / oromia24
#Oromia24 #oromia #Ethiopia

Опубликовано:

 

20 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 167   
@Oromia24
@Oromia24 2 года назад
Afaan Arabiffaa Afaan Oromootiin Namoonni Barachuuf Fedhii Qabdan Applikeeshinii isaa Liinkii Kana Tuquudhaan Buufadha. 👇👇👇👇👇👇 app.ethiojob.info/oromoo-arabic-dictionary/
@sadatiabdumalik4798
@sadatiabdumalik4798 Год назад
Senaa qabaa akamitin sin wal qunamaa 😥
@user-sq3ue1ls6s
@user-sq3ue1ls6s 7 месяцев назад
😢😢😢
@yaawaaqakosittuubeeka7260
@yaawaaqakosittuubeeka7260 2 года назад
Maloo mu'ee yoo dhageefacha jirtee dubbaadhu😭😭😭😭😭wwwwwwwooo namaa dhugaati rabbii sii haa ebbisuu Obboleessa keenya Imimmantuu naa hudee anaa
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo🥰😍
@sameerazaker3121
@sameerazaker3121 2 года назад
Uuuuuufffff bayee namaa gadisaa😭😭😭😭😭😭😭
@keyriyaa
@keyriyaa Год назад
Mee qelesaraaa naa olchii Mee adaraaa
@obsunfurmata437
@obsunfurmata437 2 года назад
Bayye gara nama nyata😭😭😭😭waqayyoo wal.isin yaa argisisuu mu'ee lafa jirtutti ebbifami
@ilfuu9376
@ilfuu9376 2 года назад
Dhugaa bayye nama gadisisaa waqayyoo issan bakka jiru waaliti issin haa debiisu😭😭😭🤲🤲
@alimaadam1368
@alimaadam1368 2 года назад
Dhugaa baay'ee namati dhagaayama mu'ee oso hin tanee siitu rakkoo qaba Osoma hojjatu yoo dubbifteeni yoo bilbilteef wollee yoo ergiteef garaakees yoo fudhaate ni dandessaa Siimaatu gatee achii banaani ok ammaa ergaa nama akkaa isaa soqxee dhabdee yaadataarta maalee silaa hangaana addaan fagaachuu hin qabdu turee Homaa biraallee yoo dhabdee nama kana hundaa siif godhee maa hin dawaaleef maa vizaa ergiitef garaakee hin finee Hayii garaa jabummaa kee Hayii olmaa namaa dagaachukee Nuti dhageffannee nu maraare onnee nu rasee ati hoo leshii dagaate jazaa kana hundaa Rabbii gaditti isaatu daandiirraa sii fudhaa nama America jiraatu sii godhee Hayii namaa
@lominegese5348
@lominegese5348 2 года назад
Dhugaa keeti anilee yaadaa kee nan degaraa
@saadiiyaamuhaammed242
@saadiiyaamuhaammed242 2 года назад
Atii comment baareessuu malee waan isheen jetee hubatetaa garuu? Ishee nama galata dagatee miti bilbilii isaa daandi kaminu hin hojaatuu jetteti iraa deebi'ii dhageefadhu. Kana yoo jedhuu imo inni nama galata ishee biraa hin qabne jechuu koo miti. Komi keetirati deebii siif laadhe malee
@murshidalove9321
@murshidalove9321 2 месяца назад
Yaa Rabbii umurii isà dheraii 😢 yaa dhira gara binesa kanara barumisa fudhaa😢😢
@ijjolleeoromo5
@ijjolleeoromo5 2 года назад
Obboletti yoo amntaan kee musimataate toubadhu dogongorahojjatte maalif yoojette ega jaalatte maalif nikama osaagodhatin itti dabalamta.duras osoo walitti dhufenni kee isaa caala hadhawarraisaawajiinqabaatee wahee kee hubachiftee isanis walitti hinbu,an ture.warri maashaa alla jettan ittiyaada dura .namani nikaaha malee walitti ida,ame zinaa dalage zinaan haraama akkataate hunduubeeka .Rabbin nuuhaaqajelchu
@fjjuvbjj634
@fjjuvbjj634 2 года назад
Muye goshi ke gara nama boresa DhuGa nama akaketi kana rab☝️😭😭😭😭😭🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲i nuhabayisu
@madinaa1452
@madinaa1452 2 года назад
Uffffffffffffff 😭 💔 sena gara nama nyatu dha walahi raabi woliti isini haa debisu ishahalaa dhiri akasis jira eda 😍
@naanatitube6061
@naanatitube6061 2 года назад
Uuuuuuffff
@oromiyabiyakoo4287
@oromiyabiyakoo4287 2 года назад
Wolyi namani akkan jirachuun bayee nama gamachisa garu isa dhabuun ke nu gadises ati isa dhabu ira matii kele lakofsa isa soqii fidii uufff mu.ee esa jirta 😭😭😭💘❤❤💕💕💕💕💕💕
@seenawiili488
@seenawiili488 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo mee
@seenaatube4709
@seenaatube4709 2 года назад
Seenaa aja'ibaati akkamin lakk... Bilbila isaa dhabuu dandesee garuu🙄
@birqiyeyetawahidolijbirqiy3931
@birqiyeyetawahidolijbirqiy3931 2 года назад
Namani akkis jirachuni bayyee nama diniqaa dhiraa Ebifamaa muhe waqayyoo si walin haa ta.uu
@uae2948
@uae2948 8 месяцев назад
Masha allah dhirri akkanalle ni jiraa 🥺
@merakhan6147
@merakhan6147 2 года назад
Maloo mu,ee dubisin as jiraa jedhin atii namaa garii dhaa dhuga rabii 😭😭😭😭
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo🥰😍
@seenawiili488
@seenawiili488 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo mee
@فتيابيا
@فتيابيا Год назад
Welcome
@boseapplicant9417
@boseapplicant9417 2 года назад
Kun Aja,ibaa Mucaan Dhugumaa Nama Waaqayyoon Ebbisee Namni Akkanattii yaduu Ni jirayyii
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo🥰😍
@seenawiili488
@seenawiili488 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo mee
@ashuadam7647
@ashuadam7647 2 года назад
Maloo much kanaa barbadadhu dhagaaa Nama akkana siifte gatuu hin qabdu jabadhu barbadii inii dhugaa Nama jiirenya keetiif ifaa siif ta.eedha faydaa isaatiif osoo hin ta.iin inii nama dhugaatii isaa ganuun siira hin jiiratu biinesa meqaa duura sii fuudhee biyyaa hormaa keesatii ❤❤❤❤❤
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo🥰😍
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo🥰😍
@seenawiili488
@seenawiili488 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo mee
@samirataju2911
@samirataju2911 Год назад
Innii siif jechaa jaalale isaa duranii dhise atiii maal akkas gara jabata maa gara keetii hin funee duranuu
@mullertube6434
@mullertube6434 2 года назад
Muhee ko sirraa wa hedduu Barra ❤️lv u bro
@nasaranasara4930
@nasaranasara4930 Год назад
Dhugaa bayee namaa gadisaaaa
@SedesaTesefaye-jb9bl
@SedesaTesefaye-jb9bl Год назад
Uuuuuufff bayye Gara nama nyataa 😂😂😂😂muhee bayee galatomi❤❤❤
@gamnegamne2057
@gamnegamne2057 2 года назад
Uuuuuffff namni akkana hin jira adaa muhee rabbiin umuri kee nuuf haa dhereesu ☝ 🤲 rabbiin wol isin haa garsiisu ishaallh ☝☝🤲🤲😭😭😭😭😭😭💔💔💔❣❣❣❣❣❣❣❤❤❤❤❤
@tijiyeintwalij2406
@tijiyeintwalij2406 2 года назад
Wow 👌,,sena ajyibadha dhuga Jalala dhuga jechun kana ,,waqayo siya gargaru
@kindz3ddkind435
@kindz3ddkind435 2 года назад
Mashaa aallh mashaa aallh mashaa aallh mashaa aallh mashaa aallh obasaa kenaa jzk
@michuudhugaa622
@michuudhugaa622 2 года назад
Wel Come Gammee bagaa Nagayyaan dhuftee
@uae2948
@uae2948 8 месяцев назад
Barakalla muyee rabbi sirra ha jallatuu
@hamadakrb6492
@hamadakrb6492 Год назад
Akami
@mucawaqayoo8337
@mucawaqayoo8337 2 года назад
Uuuuuffff namni akkasis ni jiraa dhugaa bayeen bo'ee 😢😭😢😢😭🥰
@hamadakrb6492
@hamadakrb6492 Год назад
Lubuye
@semirashemsu8461
@semirashemsu8461 2 года назад
Baga naga dhufte Gammee kenya bayye nama gadisisa mu'ue malo muca kan bilbilif akka dhageseni
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo🥰😍
@seenawiili488
@seenawiili488 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo mee
@zxczxc3083
@zxczxc3083 Год назад
Ufeee 😢😢😢😢😢😢😢
@Bontu-v7n
@Bontu-v7n 3 месяца назад
😢😢😢😢😢😢
@janejanejane2433
@janejanejane2433 2 года назад
Seenaa baa,yyee nama gamaachuusaadha🌹🌹🌹
@rahimadebiso3351
@rahimadebiso3351 2 года назад
Maashaalaa maashaalaa obolesa akana rabbii haa bayisuu 😭
@karizmamega524
@karizmamega524 2 года назад
💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯👍👍👍❤👍👍❤🧡💞
@saadahali5062
@saadahali5062 Год назад
Wowowowo baye gara nama nyataa 🥰🥰🥰🥰
@susii4377
@susii4377 Год назад
Wowooo mu'ee masha alha
@BirtukuanTamene-fb2pc
@BirtukuanTamene-fb2pc 2 месяца назад
😍😍💘💘💘💔💔
@jituuoromiyaa5437
@jituuoromiyaa5437 2 года назад
Ufii Bayee Garaa Namaa Nyaatuu dhugaa raabii😭😭😭😭😭 Maloka yoo sagalee kanaa dhageefateee mu'ee itti dhiyaadhu furmaataa Obolleetti kenyaaf laadhumee😭😭😭😭
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo🥰😍
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo🥰😍
@seenawiili488
@seenawiili488 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo mee
@mebubaababushen8018
@mebubaababushen8018 2 года назад
Bayee namati tola dhuga rabii rabin kan wali isin hagodhu😍😍❣
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo🥰😍
@seenawiili488
@seenawiili488 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo mee
@mebubaababushen8018
@mebubaababushen8018 2 года назад
@@seenawiili488 ok
@KhalidJibrel
@KhalidJibrel 4 месяца назад
🎉🎉😢😢😢😢😢🎉🎉🎉🎉🎉
@minahusein2206
@minahusein2206 2 года назад
Nama gadiisaa 😭 😭 😭 😭 💔💔💔💔💔💔💔
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo🥰😍
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo🥰😍
@seenawiili488
@seenawiili488 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo mee
@robidasayida5014
@robidasayida5014 10 месяцев назад
Situu amaana nyatee ammaa gamaa dadamuun dadetuun barbadii matii isaarraaleen tatuu
@werkayehugaruma8650
@werkayehugaruma8650 Год назад
Waaqaayoo Wal siin ha agarsiisuu
@AlmQueen1713
@AlmQueen1713 2 года назад
Rabii siyaa garagaruu oboletii koo 😭
@makihmakih5710
@makihmakih5710 Год назад
Miskina kiya wlha gara nama nyata❤️❤️❤️
@FEYOINDEBU
@FEYOINDEBU 2 года назад
Maatii naaf ta'aa aniis maatii siniif ta'aa
@jiituuwallagga8637
@jiituuwallagga8637 2 года назад
Uuuuuufi wal dhabuun keessan.baay.ee nama gadisisaa .dhirrii akkasii jiraayii .
@meseretmeseret406
@meseretmeseret406 2 года назад
uuuuufffff bay'ee namaa gadisisaa dhugaa ❤❤❤😭😭😭
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo🥰😍
@seenawiili488
@seenawiili488 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo mee
@AbarashiDhuguma
@AbarashiDhuguma 5 месяцев назад
Uuuuffffeee
@sumayafiqiri
@sumayafiqiri 9 месяцев назад
❤❤❤💔💔💔😭😭😭💔💔😭😭😭😭😭💔💔💔💔😭😭😭
@mohammedomar2043
@mohammedomar2043 2 года назад
Amma ati kan jalatan hunda argatani jedhama salihaa garuu namni ameerika senu dafee namaa hin bilbiluu nama hin yaadatuu.atis sanuma gootee anis jalaalale woggaa tokko osoo hin tuqin wajjin ture tureetu naa gantee deemtee isiin nama dhugaa hin beektaani duraayuu
@hogeettijaalalaa4547
@hogeettijaalalaa4547 2 года назад
waanuma fedhe keessa teesse bareesufi qabda ture yeroo sana amma gatii hin qabu
@almejesus900
@almejesus900 2 года назад
Uuufffe waaqayyoo walitti isin yaa fiduu
@hayatah7696
@hayatah7696 2 года назад
Uuuuffffff bayee nama gadisisaa 😭😭😭 muhee sagalee kanaa yoo dhageese hasani jira jedhii
@jamelajamela294
@jamelajamela294 2 года назад
Uuuuufff.bayyee.namaa.gadisisaa.abshiir.😭😭😭😭😭😭
@maleebultum9220
@maleebultum9220 2 года назад
👍 👍 👍
@ibrooonline4591
@ibrooonline4591 2 года назад
❤❤❤
@sabbontuu334
@sabbontuu334 2 года назад
Maalo wal barbadaa waliin jira dha bilbilaa ijolee kennii waan inni irra jiru siif barbana
@seenawiili488
@seenawiili488 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo mee
@hamadakrb6492
@hamadakrb6492 Год назад
Searle Searle to male
@janejanejane2433
@janejanejane2433 2 года назад
Wel com gaammee❤❤
@qaareejawee6830
@qaareejawee6830 2 года назад
uuufee😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔
@seenawiili488
@seenawiili488 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo mee
@anisahnurmala5114
@anisahnurmala5114 2 года назад
Wayyoo wayyoo caarraa jaalalaa uuufff 😭😭😭😭
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo🥰😍
@seenawiili488
@seenawiili488 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo mee
@AaAa-yv5yz
@AaAa-yv5yz 2 года назад
Baga nagaan dhufte gaammee sin jaaladha
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo🥰😍
@seenawiili488
@seenawiili488 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo mee
@unikh9837
@unikh9837 2 года назад
Uuuuuuffffff Uuuuuuffffff 😭😭😭😭❤
@fantalee2615
@fantalee2615 Год назад
Muye eennu jedhama
@boruutukkee4349
@boruutukkee4349 2 года назад
Shamaran Yoo akkas kabajaan Maal qaba Dubartii kabajuun Haadha kabajuudha
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo🥰😍
@seenawiili488
@seenawiili488 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo mee
@seenawiili488
@seenawiili488 2 года назад
ana dhufuu
@fjjuvbjj634
@fjjuvbjj634 2 года назад
Walhi imima Qabachudadhabee yoni dhagefadhuu ma bifa Halalatini mati kegafate nikaya hidhatu dhabade yosanii harama hamatuni ibarabachisu ama tobadhu isale rabi hadhisufi
@faxumaaabduroo6149
@faxumaaabduroo6149 2 года назад
Anatuu duraa lalee
@minahusein2206
@minahusein2206 2 года назад
😙😙😙😙😙😙❤❤Anaa tu duraa lalee
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo🥰😍
@seenawiili488
@seenawiili488 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo mee
@sudiuae3502
@sudiuae3502 2 года назад
Rabin.onee woljalatuu wolitii hananesuu
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo🥰😍
@seenawiili488
@seenawiili488 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo mee
@ggana9497
@ggana9497 Год назад
😭😭😭😭😭😭
@mdamina1960
@mdamina1960 2 года назад
Ufff bayye namati dhagayama 😭😭😭😭
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo🥰😍
@seenawiili488
@seenawiili488 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo mee
@zakishaarsiiyaalijii1709
@zakishaarsiiyaalijii1709 2 года назад
Uuufffff😭😭😭😭😭😭😭
@faxumaaabduroo6149
@faxumaaabduroo6149 2 года назад
🥰🥰🥰🥰🥰
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo🥰😍
@seenawiili488
@seenawiili488 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo mee
@raniaahmed4592
@raniaahmed4592 Год назад
🥺🥺🥺😭😭😭😭😭
@megartubadeda3806
@megartubadeda3806 2 года назад
dhiiraa kirii qabuu wqyon isaa haaebisuu
@habibihello9742
@habibihello9742 2 года назад
💞💞💞💞💞💞💞
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo🥰😍
@seenawiili488
@seenawiili488 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo mee
@aludingaro7643
@aludingaro7643 2 года назад
Seenaa ajaa'ibaati wwwww
@seenawiili488
@seenawiili488 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo mee
@hayate8054
@hayate8054 2 года назад
😢❤
@seenawiili488
@seenawiili488 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo mee
@kiyyaatasfaye1520
@kiyyaatasfaye1520 2 года назад
Uuuffff 😭😭😭😭💔💔💔💔💔
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo🥰😍
@seenawiili488
@seenawiili488 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo mee
@maryammohammad5673
@maryammohammad5673 2 года назад
Wel come 💖💖💖💖
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo🥰😍
@seenawiili488
@seenawiili488 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo mee
@jamilshhill4413
@jamilshhill4413 2 года назад
Tokkoo yoo arriyu dhaqaanii tokotuu namaa haffaa
@muumee529
@muumee529 2 года назад
Mucattiin dadhabduudha . Muhee fudhachuu ni dandeessi. Bifa fuudhaafi heerumaatiin.
@SofiiAbduu
@SofiiAbduu 7 месяцев назад
Uuuuùffffff
@rahaoro7140
@rahaoro7140 2 года назад
💔💔💔🙏😭
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo🥰😍
@seenawiili488
@seenawiili488 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo mee
@fatmany6607
@fatmany6607 2 года назад
💔💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo🥰😍
@seenawiili488
@seenawiili488 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo mee
@oromoorommiyaa4954
@oromoorommiyaa4954 2 года назад
😭😭😭😭💔💔💘💘🙏🙏
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo🥰😍
@seenawiili488
@seenawiili488 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo mee
@tigestnew6164
@tigestnew6164 2 года назад
😭😭😭😭🥰🥰🥰🙏🙏🙏💔💔
@orogold1886
@orogold1886 Год назад
Ilaalee deebisna?😳
@mimiwaraqu7483
@mimiwaraqu7483 2 года назад
Mu e esa jirtaa kotuu dubadhu
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo pls
@seenawiili488
@seenawiili488 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo mee🥰
@qatar1qatar172
@qatar1qatar172 2 года назад
Uuuuuuufffffffuuuuuu
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo🥰😍
@seenawiili488
@seenawiili488 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo mee
@fjjuvbjj634
@fjjuvbjj634 2 года назад
Wwwwwwwwwww obolesa ko kabajamo fi jalatamoo rabi umiri sihadheresu mue jaza gudolotefi oboleti tenafi mali Gate isale carasani Aferu dhabadae oboleyani ketini wali Galatani?
@samiraoromo7869
@samiraoromo7869 2 года назад
Maloo muee bakka jirtu awadhuf atis ya obboleti ko hanga dandese kara ofiti fudhatuu barbadi
@seenaatube4709
@seenaatube4709 2 года назад
Seenaa aja'ibaati akkamin lakk... Bilbila isaa dhabuu dandesee garuu🙄
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
ana dhufuu
@oromiyaalove297
@oromiyaalove297 2 года назад
💔😭😭😭
@finiinaa_media
@finiinaa_media 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo🥰😍
@seenawiili488
@seenawiili488 2 года назад
kotuu matii naaf ta'ii tiruukoo mee
@lominegese5348
@lominegese5348 2 года назад
😭😭😭💔💔
Далее
Dubartii Mana Kiyya Bulchite
15:53
Просмотров 18 тыс.
연준 (YEONJUN) ‘GGUM’ Official MV
02:44
Просмотров 8 млн
Raayyaa 20ffaa Bifa haaraan
24:16
Просмотров 129 тыс.
Seenaa Jaal Naadhii Gammadaa Kutaa 2ffaa
5:58
Просмотров 2,4 тыс.
Baga Birraa bara 2017 geessan
3:03
Просмотров 1,5 тыс.
SURPRIZ!!! PARHAT BILEN YUSUBYN ADYNDAN!
6:28
Sirba Eebbisaa Addunyaa Hacaaluu Hundeessaatiin
1:10
Просмотров 1,7 тыс.
Seenaa Koloneel Maammoo Muzamir
12:20
Просмотров 161
Filatanii Dhaga'uu fi Dubbachuu!
3:20
Просмотров 122
Waadaa Ganeen Cubbuu Nyaadhe
12:31
Просмотров 19 тыс.
Seenaa Jaal Nadhii marsaa 4 ffaa
11:01
Просмотров 13 тыс.