Тёмный

Waadaa Ganeen Cubbuu Nyaadhe 

Oromia 24
Подписаться 139 тыс.
Просмотров 19 тыс.
50% 1

Baga Gara Oromia 24 Nagaan Dhuftan
Guyyaa Guyyaan odeeffannoowwan yeroo ammee, xalayyaa fi mudannoo jaalalaa, asoosama, seenaa jireenya kan keessan isinumaaf argachu waan dandeessaniif maatii(Subscribe) keenya ta’a.
Namoonni Xalayyaa Jaalalaa ykn Seenaa Jireenyaa ykn Barreeffama Nama Barsiisu Danda’an Nuuf Ergu Barbaaddan, Erga keessan karaa message kallattin erguudhaan ittiin nu gaha.
+251937386564
Join Us
Telegram: t.me/oromia24
Facebook: / oromia24
#Oromia24 #oromia #Ethiopia

Опубликовано:

 

20 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 88   
@firiolshawaa7230
@firiolshawaa7230 3 года назад
Wel came gamachis 🤝 yaa obboleeti koo ati waraa ijoollumaa ofi kee jalaatee digdee osoo hin tannaa dirqamaa karaa maati keeti sitii kennameedhaa 😭 waada isaa lamaffaa garuu obsaa dhabuu keetu si nyaachisee 😭 kan darbee darbee jiraa jalaalee kee dhifamaa onnee isaa irraa akkaa sif godhuu gaafadhuu bultii jalqabduu jabeefadhuu sin jedhaa ani akka kiyyaati 💪 akkaa caraati malee akkaa garaati yoom jirataan silaas😭 waqaayyoo sitti yaa araramuu🤲🙏😭
@ayeewallggaasanyiioromoo4776
@ayeewallggaasanyiioromoo4776 Месяц назад
Aniis waadaa ijoollumaa kootii seenen sodaadhen taha jiraa dhugaa i😭😭 gaarii inii ammaa bakkanii jiruu hin beekuu hiriyyaa isaa ykn kaan inii minzee taheef tokko inii fuudhee jiraa naan jeetii anii garuu hin amanuu jeedhee namaa na gaafatuu namaa sii fuudhaa naan jeedhuun dhisee taha jiraa🥺😢😥
@saraa-zy1vc
@saraa-zy1vc 3 года назад
ufuuuuu wadaan baaya,ee ulfaatadhaa maloo anuu wadaa senee gubaachaa jiraa😭😭😭😭😭😭😭🙏🙏🙏
@umeeabdusalmi
@umeeabdusalmi 2 года назад
Abshirii
@saraa-zy1vc
@saraa-zy1vc 2 года назад
@@umeeabdusalmi eshii sanyii koo
@arsiibaha2587
@arsiibaha2587 3 года назад
Ani dhufuu Anilee Sena Qaba mee Lakkosa Watphii naf Ergii An Telegrramii hin Qabuu
@KebekiOfficial541
@KebekiOfficial541 3 года назад
Maati naaf ta'i waan ofi koo
@haaniitube8075
@haaniitube8075 3 года назад
0937386564
@jamilshhill4413
@jamilshhill4413 3 года назад
Waayyii jirenyaa addunyaa tanaa hin beekkaan kanumaa ammaa kaan wajin jiradhuu garuu waqqayoo dhifamaa sii haa goodhoo
@iftuuorom5917
@iftuuorom5917 3 года назад
Welcome gaammee❤❤obboollee koo garuu dogogortee obsaa dhabuukee wadaa hiriyaakee jalqaba nyatee😭😭😭😭 osoo akkaa yadaa koo jalaleedhumakee jalqabatii debitaa biyyaa galtee....ergaa jireenyii nama garabiraa walisiimijachuu didee isumaatii debiyii ykn wadaa keessaan walirraa basuu qabduu jedhaa😭😭
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 года назад
Obsee mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞💔
@madinaa1452
@madinaa1452 3 года назад
Uuuuùuuffffffffff baa,yee namaa gadisisaa abshir oboleti tiyaa yoo abbaa mana kee amma iti yoo wol biraa hin genyee jalalee kee isaa dursa debihi jiradhu 😭😭😭🤦‍♀️🤦‍♀️🤦‍♀️❤🙏🙏
@tsehaybeji8964
@tsehaybeji8964 3 года назад
Duraa ballessitee kan waada galteef sana waliin jiraachuu qabdaa ture sababni isaas isaaf jette biyyaa baate garuu obsaa dadhadee kan biraa eegaltee. Hunduu fedhaaf eeyyamaa waaqayyoo kanumaa waliin jirtuu jabeeffadhuu kana booda.😍
@seemborak6238
@seemborak6238 3 года назад
Atti mali akkan gootaa ree Ayyiii hirrayya jaallatuu In argannee isaafi biyyaa batee Abbaa mana keesi sabaa malee dhisiitee wayyyii waaqayyoo ija araraa isaa Sif haa diirrisuu kaa 😢😢
@ratnakumar6599
@ratnakumar6599 2 года назад
Galatomii oboleeti keenya barsisatifi hiiryaa kee jalaqaba dhifamaa gafudhu siia qofa osoo hin tane waaqayyoo waaan siitti gadduufi Ebbifamii
@sumayyaasumayyaa5372
@sumayyaasumayyaa5372 2 года назад
Abbaa mana kee ka amma wajjin jiradhuu yoo nama garii ta 'e si aa 3 hirrumun gari miti jalaale me kan duraa dhisi carraadha
@kennaagalaana6276
@kennaagalaana6276 3 года назад
Hiriyaa kee isaa ijoollummatti deebi'ii dhiifama gafaadhu 😥😥
@eebbise9252
@eebbise9252 3 года назад
Naa:dubbisi:whsaphi:yokn:imodhan
@ebiseoroebbiseetaaddasaa3560
@ebiseoroebbiseetaaddasaa3560 2 года назад
😢😢😢😢😢😢 😢😢😢😢😢😢 jalqabubaa maaloo wadaa inn galinaa wadaan jirenyaa namaa hidhaa😥😥😥uuuuuuuuuuufffffff
@nabyatelyas5868
@nabyatelyas5868 2 года назад
Maaloo giftiiko maf sutta Hin jeene atti mee ofiitti deebii yaddii yadda guddoo jalaaleke Dura sanaf deebiyii dhugaa Yoo isaf Hin deebine ta'ee jireenyike yoomu Hin tooluu Attis maf Kani Dura sin Hin gorsiine Kani atti dhiiftee Malik kunisa malii maf eeruumuf harka lattee daftee
@FatimaFatima-ty2sb
@FatimaFatima-ty2sb 2 года назад
ani akka kiyyaa nyataa halawaa hin nyatidha ruzaa Qufutani fedhii isniti gudatee halkanfi guyyaa isni wolalchisa jira Amshir
@ayyaanjamal2935
@ayyaanjamal2935 3 года назад
Sana kiyafii kee wali fakataa Abshir 😥😥😥
@aantukamal9629
@aantukamal9629 3 года назад
Adabadhuu taa,ii amma kaama warri sii keenan san bira takka herumte
@rahmabeevi2423
@rahmabeevi2423 3 года назад
Qoyyi nikkaa Issa jaliqaba hoo sirra bu'ee moo akkamitti ka'aa 2 matta herrumitte rabbi obsa sif haa kennuu
@سودي-ر9ر
@سودي-ر9ر 3 года назад
Malin.bekaa.wolahii
@Ibrahim-ee8fg
@Ibrahim-ee8fg 3 года назад
Siillaa ama takaa tatee kanuma harkaa qabduu kana jabefadhuu male kanuma jetee hunda jala huduu kee hin qabini adbadhu kanuma jabefadhuu namanii demsa barate numa dema hagaa kesa batutii
@vjsihguevkdugge8797
@vjsihguevkdugge8797 2 года назад
😭😭😭
@ismaelamaan1463
@ismaelamaan1463 2 месяца назад
Namani wagga 10 waal ega isin sababa isa jaarsa ofi gate biyya nama demte haggamtii dhiraa birattii of dirtii waay shamaran amma
@gannathusseen4597
@gannathusseen4597 Год назад
jalala keessati obsii barabachisa yokn dhifama gafadhu
@eromiyaeromiya3852
@eromiyaeromiya3852 Год назад
😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔
@figrfind7716
@figrfind7716 3 года назад
Obolleesso anille seena qaba gaaru dubachun sodadhe ati naf dabarsuu dandessa
@salysaly1398
@salysaly1398 3 года назад
Atilee akkumaa kiyyaa tattee kkk anilee nanii sodaadhee
@Youtu-yq7jx
@Youtu-yq7jx 3 года назад
@@salysaly1398 atti isaa himata inni moo sagale isaati siif himaa hin sodati senna nama barasisuu yoo tahe dubadhu rakko qabuu haqaa
@michuudhugaa622
@michuudhugaa622 3 года назад
Wel Come Gammee 🥰 😍
@kooketiimucaakakuu7131
@kooketiimucaakakuu7131 3 года назад
Obbolletii koo anii akka kotii jalale kee jalqaba otu debbite garii natii fakkataa
@hffhhg8062
@hffhhg8062 3 года назад
Uuufffff nama gadisisa😭😭😭😭😭
@gfffnc5133
@gfffnc5133 2 года назад
😭😭😭😭😭😭😭😭
@zedlovetube4011
@zedlovetube4011 3 года назад
Hiriyaa kee isaa ijoollummaa sanitti deebi'ii jedha ani
@sallyhaddad699
@sallyhaddad699 2 года назад
Na bossise jalalle jalaqaba jechuun bayyee ulfaat itti debuii'i
@miskarammiskaram8102
@miskarammiskaram8102 3 года назад
Uuuuuuff😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@arsiibaha2587
@arsiibaha2587 3 года назад
Dhisii Kana Amma wani jirtuu Walinii jiradhuu
@kababushtashomaa
@kababushtashomaa 3 года назад
Mucaa waadaa galteef waaliin jiraadhuu qabeenyii homaa miti jaalalii hundaa danda'adhaa
@urjiisanyiihaceehundesa7903
@urjiisanyiihaceehundesa7903 3 года назад
Aniii akkaa yaddaa kiyyaatii iriyaa kee jalqaba ttii debi'ii sin jedhaa
@biliseeintalaamboo8224
@biliseeintalaamboo8224 3 года назад
Welcome gammee 🥰 😭😭😭😭🙆‍♂️
@safeermarket9795
@safeermarket9795 3 года назад
Wellcome gamme
@eebbise9252
@eebbise9252 3 года назад
Oboletiko:silla:takka:ta:ee:baaqa:inisi:jirenya:bira:ya:barabadatu:ta:ii:obosa:sif:yaa:kenuu;waaqayyoo:
@سودي-ر9ر
@سودي-ر9ر 3 года назад
Akam.akam.lama.herumama.hini.ajahibaa.kenyaa.baranaa😭😭😭😭☝️.
@ayyaanjamal2935
@ayyaanjamal2935 3 года назад
Atii itii yadetumaa jatee garuu 🙄🙄🙄
@emabeetesheetu7143
@emabeetesheetu7143 3 года назад
Har'a 1faaadha ani
@roozaaraggasaa9736
@roozaaraggasaa9736 3 года назад
😭😭😭😭😢
@emansuwan7074
@emansuwan7074 3 года назад
Uuuii
@Makkeyya-fd9zk
@Makkeyya-fd9zk 4 месяца назад
Kanuma rabii jedhetut abashiri
@ayyuutube9030
@ayyuutube9030 3 года назад
Maatii naaf ta,a
@birhanedirbaba17
@birhanedirbaba17 3 года назад
Wayi nama gadisisa 😭
@najatameen8470
@najatameen8470 3 года назад
Yeroo hundumaa akkasitti video qulqulluu akkanaa nu affeeri
@aasiiqaasim9602
@aasiiqaasim9602 3 года назад
Kijibdu maaltu si jarjarse osoo jaallatte waggaa lamaami 10ni obsita dhiira lakkaahu amala sitti taye male jaalala isaa hin qabdu miskiina jiruun isaa miiten hintaphatini dhiisi
@oromoonjaalallaa9652
@oromoonjaalallaa9652 3 года назад
Kan duraa hoo ofi irraa bustee moo ayyii mudamaa arifanaa kee sii galaftee
@samiraibraahim3636
@samiraibraahim3636 2 года назад
Uuuuuuuuuffff 😭😭😭
@nabeehaa2487
@nabeehaa2487 3 года назад
Gamiyyee keenyaa😍😍
@derbitube7133
@derbitube7133 3 года назад
Uuuuuuuuuffff 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🙇‍♀️🙇‍♀️👆👆👆👆👆
@KebekiOfficial541
@KebekiOfficial541 3 года назад
Maatii naaf ta'imee sanyi koo
@yerusalemwaqaktole1031
@yerusalemwaqaktole1031 3 года назад
Seenaani walin fakkaatta uùuuff 💔😭😭😭😭
@meretetshawa5240
@meretetshawa5240 3 года назад
Abshir
@ayyuutube9030
@ayyuutube9030 3 года назад
Animo 3faa
@hawwiitarreessaa6363
@hawwiitarreessaa6363 3 года назад
Anaa kan naa dhibuu Warii sawd Arabia Kun biyyaa kan bataan herumafidhay ? ? 🤔🤔
@zedlovetube4011
@zedlovetube4011 3 года назад
😆😆😆😆
@telecomcell1609
@telecomcell1609 3 года назад
Ana dhufuu gamee yaa obboletii too Kani Amma wolin jiruu wolin jiradhuu
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 года назад
Telecom Mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞
@almaz2227
@almaz2227 3 года назад
Safuu kee kunii malif isaa maati kee itti síi keena dhiftee cubbu isaati síi qabee oromoo safuu beekaa
@abebaberahnu597
@abebaberahnu597 3 года назад
👂👂👈👇Koy ati herumaafimoo hojiif biyya batee dura isaa moo dhigaaketuu dhiraa malee hin hojeetu warrii wagga 7,8,9 mana kontorataa ta'anu jiruuhoti siin barbaree isaa isaa kamtuu sii gubee iccii qalbiidhuma dubatiif keneeme anuma waliinu
@maryambeeleti9037
@maryambeeleti9037 3 года назад
Well come
@shopshopt6701
@shopshopt6701 3 года назад
🤝🏽💔💔💔💔🙏🙏🙏🙏😭
@KebekiOfficial541
@KebekiOfficial541 3 года назад
Marikoo maati naaf ta'i sanyi koo
@maryambeeleti9037
@maryambeeleti9037 3 года назад
@@KebekiOfficial541 tole
@eebbise9252
@eebbise9252 3 года назад
Gamme:Anisi:wan:dubbadhun:qabba
@gannathusseen4597
@gannathusseen4597 Год назад
jalale kee isa dura sifi woyyaa malo
@michuudhugaa622
@michuudhugaa622 3 года назад
Ani kani jedhuu hiriyaa kee kani jalaqabaa itii debii
@amlm2008
@amlm2008 3 года назад
صء
@karimaahemd3660
@karimaahemd3660 3 года назад
Akum argee heruma demta baduu
@fenetiiodaa2558
@fenetiiodaa2558 3 года назад
Anii imoo lamafaa
@arsiibaha2587
@arsiibaha2587 3 года назад
Kotuu Anilee saudii jira oke
@KebekiOfficial541
@KebekiOfficial541 3 года назад
Maati naaf ta'i arsikoo
@torfatorfa9395
@torfatorfa9395 3 года назад
GameeMaaliAkkan🤔🤔🤔🤔❤❤❤❤❤❤❤
@nanahawi9524
@nanahawi9524 3 года назад
🥺😭😭
@ayyuutube9030
@ayyuutube9030 3 года назад
😭😭😭
Далее
Jaalala Natti Qabsiise Bade
10:17
Просмотров 11 тыс.
Bareedduu Fuudheen Barerdinan Dhabe
11:08
Просмотров 7 тыс.
Dubartii Mana Kiyya Bulchite
15:53
Просмотров 18 тыс.
Seenaa Koloneel Maammoo Muzamir
12:20
Просмотров 160
Ijoolleen Lamaan Qabamaniiru
8:12
Просмотров 6 тыс.
Seenaa Eebbisaa Addunyaa
5:26
Просмотров 79
Sammuu Kiyya Maraachuu Geesse
15:19
Просмотров 19 тыс.
😭Qaaraa Harkaan Dhaabantu Deebise Nama Guba🤔
15:28