Тёмный

EGEREE COMEDY:DHUGAA BAANA 

EGEREE MEDIA
Подписаться 236 тыс.
Просмотров 36 тыс.
50% 1

ONLY ON EGEREE MEDIA
Egeree Media is an Oromo Media dedicated in supporting and introducing New Oromo Comedians, creators and Gospel singers by financially supporting the production. Videos uploaded on this media solely belongs to Egeree Media. Re-uploading any of the medias creations and content is prohibited!
Follow us on:
Facebook(Gaaddisa Oromiyaa)
/ egereemedia
Telegram channel
t.me/EgereeMed...
Telegram group
t.me/EgereeNew...

Опубликовано:

 

8 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 109   
@oomeegaatube4938
@oomeegaatube4938 2 года назад
Waaqayyoo galgalakee akka hin salphifne miilanammoo wangeela dhugaan comedy safuu.abbaan fedhe yoo waanbarbaade dalage gatisaa ni fudhata ati garuu Yaa Isa wangeelaan qoostuu siifwayyoo
@gobineamboodinco603
@gobineamboodinco603 2 года назад
Uuuuufffeee ebifamaaa waqayyoo bara kessan haa ebisuu hojisaa hojachuun gatii nama basisaa gatii basanituu kan caluu argatuu ebifamii broo koo dhugaa waa bayyee sirra baratuu❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@ashakabadda2022
@ashakabadda2022 2 года назад
Uuuiffffff Ergaa Gudadha Kuuni Ebbifamaa Ergaa Guda Ofi Keessa Qaba Dhugaa uuuuiffffff😭😭😭😭😭😭😭
@tvbiiftuuaraaraa9891
@tvbiiftuuaraaraa9891 2 года назад
Diraamichi ergaa qaba Garuu jecha waqanbon fayyadamee sirrii miti jecha safuu eeggate miti Kanaaf jechaa keessan sirreeffadhaa Malee Diraamichi Bareedadha
@geletatolessa7808
@geletatolessa7808 2 года назад
Yaannikee gaariidha garuu akkakoottimmo waaqanboon jecha sirrii fayyadame sababni isaas nama safuu hin eegneefii waa'een waangeela isaafi hin gallee ta'ee waan hojjeteef sirriitti ergaa sana ta'ee mul'iseera namni akkasi hinuma jira
@admasassefa1944
@admasassefa1944 2 года назад
kun wangeelan qoosuu miti dhaloota hubachiisudha malee, namni otoo dhugaan isaafi hin galiin wangeela qabatee bahee nama arrabsaa oolee galu hinuma jira mee ilaalimee obboleessoo akka isaan ittii nama karaa sirriirra jiruufi karaa sirrii irra hin jirree wal bukkee qabani ibsan, hamma hubannakee arrabsite malee kun wangeellattii qoosu otoo hin taane wangeela jabeessani ergasaa nama hubachisuudha
@birtukanfelekaa5925
@birtukanfelekaa5925 2 года назад
Uuuuuuuuufeeeee Eebbifamaa ,,,Gadii of qabanituu Waqayyoon olqabu ittii fufaa
@hirkoadugnatube4464
@hirkoadugnatube4464 2 года назад
Qoosaa wangeela irratti dhiisaa wangeellii humna fayyisuu waaqayyooti,billaa qara lama qabuu caalaa qara qaba. Waaqayyoo isiniif haa dhiisuu !!!
@urgokebe7331
@urgokebe7331 Год назад
Barumsaa qaba ittii fufaa jabadhaa obolewaan tenaa
@almazalmaz1173
@almazalmaz1173 2 года назад
Waqayoni si yaa Ebbisuu ati Kani dhanamate suni dhugaa waqayoni abeta
@Tarekegndebeleta2020
@Tarekegndebeleta2020 2 года назад
Nan gadda wangeelaan akkas qoosuun fafa
@admasassefa1944
@admasassefa1944 2 года назад
kun wangeelan qoosuu miti dhaloota hubachiisudha malee, namni otoo dhugaan isaafi hin galiin wangeela qabatee bahee nama arrabsaa oolee galu hinuma jira mee ilaalimee obboleessoo akka isaan ittii nama karaa sirriirra jiruufi karaa sirrii irra hin jirree wal bukkee qabani ibsan, hamma hubannakee arrabsite malee kun wangeellattii qoosu otoo hin taane wangeela jabeessani ergasaa nama hubachisuudha
@laliseayyana7800
@laliseayyana7800 2 года назад
Uuuffaka dhumarrati bayyee namati toltuu
@ndjvnbv5013
@ndjvnbv5013 2 года назад
Ebifamaa dachan ❣️💟🥰Galatomaa 😍😍😍
@geletatolessa7808
@geletatolessa7808 2 года назад
WOOW heddu namatti toltuu eebbifamaa sin jaallannaa galatoomi abbaa egeree ijoollee kana waan nuuf dhiyeessiteef
@ShibiruMegersaOfficial
@ShibiruMegersaOfficial 2 года назад
RU-vid Koo kana subscribe naaf godhi sanyii koo
@tanantaye6561
@tanantaye6561 2 года назад
Eebbifamaa
@birhenutulu3641
@birhenutulu3641 2 года назад
Wangeelaan hin qoofamu ✝️✝️
@Tarekegndebeleta2020
@Tarekegndebeleta2020 2 года назад
Otoon namaicha yaada kana qopheesse argee waan hedduu waliin haasofna ture . Miidiyaa gubbaatti akkas gochuun hammam mana isaanii keessatti wangeelaaf iddoo qqbuun gaaffikoo isa guddaati . Hedduun gadda
@waqayoo.bekadha5011
@waqayoo.bekadha5011 2 года назад
Ebiifaamaa gaaruu in wangeelee lafaa keesee,sifi hadhiisuuu❤️📖📖📖🙏🙏
@ketemaginbar1742
@ketemaginbar1742 2 года назад
waan hin fakkaanne hin hojeetina wangeelan hin qosina
@dinqiturafisa4184
@dinqiturafisa4184 2 года назад
Ebbifamaa barumsaa heduu nama kenaa🙏🙏🙏❣❣❣
@bontubontu1294
@bontubontu1294 2 года назад
In qosanaa wangeelani
@hirkoonkoogimbiijabaadhaai4176
Ebbiifamaa
@ShibiruMegersaOfficial
@ShibiruMegersaOfficial 2 года назад
Wooow namatti tola dhugaa jabaadhaa maaloo
@simboofayera3675
@simboofayera3675 2 года назад
Waaqayyoo Dachaa isiin haa bayyisuu
@caaliihurumaa4299
@caaliihurumaa4299 2 года назад
Kkkkkkkkkkk wayyoo kolfaan dune ebbiifamaa 📖🙏
@up-loading8405
@up-loading8405 Год назад
jabaadhaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaa
@mhbirri7953
@mhbirri7953 2 года назад
Garaagarumaa gudaa!!! Ebbifamaa
@derabekaber6158
@derabekaber6158 9 месяцев назад
Kkkkkkk😂.wowwo
@derabekaber6158
@derabekaber6158 9 месяцев назад
😢😢😢😢😢
@nanat1397
@nanat1397 2 года назад
Wow baayee namat tola dhugaa
@obsinetmalee6182
@obsinetmalee6182 2 года назад
Ayii ebbifamaa dhugaa
@obseebeenyaa
@obseebeenyaa 2 года назад
Muuuuu qoosaa keessa afaan ofii egaachun gaariidha dhugaa arrabsoon tasumaa irra hin eegamuu muudii wangeela karaa wangeela qabatan arrabsoon tasumaa hin barbaachisuu
@admasassefa1944
@admasassefa1944 2 года назад
Of ta'ee hojjechaa jira miti nama baalagee bakka bu'ee hojjetaa gatii jiruuf waanuma sirrii godhee waan hojjettu tokko sirriitti taatee mul'isuu qabda malee fakkessuu hin qabdu kanaafuu akkakootti waan sirrii ta'ee hojjete
@obseebeenyaa
@obseebeenyaa 2 года назад
@@admasassefa1944 naf galeera akka nama bira ta'e hojjeecha jiruu garuu jechoonni inni fayaadame tokkoyyuu fuudhatama hin qabu waan bira miti safuudhumaayyuu cabsaa jiraa karaa baayyee barsisuun in danda'amaa arabaa ofii himmo eegacha hojeechun gaariidha asi keessati gufu nama ta'u hin qabnu
@kiflebeyene2305
@kiflebeyene2305 2 года назад
Jabbii
@zanbzozo7199
@zanbzozo7199 Год назад
👍👍👌👌
@ayyuniioro2529
@ayyuniioro2529 Год назад
Yasus nama walhii
@guddaankiristoosiamen8393
@guddaankiristoosiamen8393 2 года назад
Kkkk wangeelan dhugaa baha jedhee lolaan🤣 Kan arrabasaao afaan haaraatimoo🤣 Ani kolfan due dhugaa Ergaa guddaa qaba dhugaa ebbifamaa
@sechalebedesa4624
@sechalebedesa4624 2 года назад
Eebbifama!
@wakanbontube
@wakanbontube 2 года назад
yaada nuuf kennitaniif galatooma as keessattii waan isin hubachuu qabdan garuu dhugaattii nama wangeela lallabuuf baheefi nama immoo garaansaa walallammii ykn gagaragalaa ta'e. wangeela yoo lallabdan akka isa jalqabarrattii argitaniittii osoo hin taanee akaa isa lammaaffarrattii wangeelaaf hamma dhiiguutti gaheetti kutannoo akka godhattanin siniin jedha
@sanyiimotii4852
@sanyiimotii4852 2 года назад
Hin qoosini *2 wangeeli qoosaa miti wangeela miti kan itti qoosani hin gaayisini🙉🙉nama ajaa'ibdi warri media kanaas kana dabaarsun kessan warri kana hojjetanis sammuu furrii bataani demtuu isin gafaata guyyaa tokko 😭😭😭😭
@admasassefa1944
@admasassefa1944 2 года назад
kun wangeelan qoosuu miti dhaloota hubachiisudha malee, namni otoo dhugaan isaafi hin galiin wangeela qabatee bahee nama arrabsaa oolee galu hinuma jira mee ilaalimee obboleessoo akka isaan ittii nama karaa sirriirra jiruufi karaa sirrii irra hin jirree wal bukkee qabani ibsan, hamma hubannakee arrabsite malee kun wangeellattii qoosu otoo hin taane wangeela jabeessani ergasaa nama hubachisuudha
@senaa2350
@senaa2350 2 года назад
Ameen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen uuuuuuuuuuufffeee 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭📖📖📖📖📖📚📚📚📚📚📚
@sarawaqayyoogariidhaa1501
@sarawaqayyoogariidhaa1501 2 года назад
Kkkkk wangelaa lafaa keessee moo isayuu namaa arbsaa
@SahibKano
@SahibKano 7 месяцев назад
Yasuys ergamaa waaqaati male waaqaa miti obboleeyyan
@doradoea9976
@doradoea9976 2 года назад
Waqaayyoo sii haa fayyisuu fayyii wageelaaf lubbu kee ladhuu
@martamarta3222
@martamarta3222 2 года назад
Woowwwoo dhugaa waqaa barumsaa gudaadha kun
@sifantaroo330
@sifantaroo330 2 года назад
Barisisuu duraa Otto barataan. Wayee Wangelaa. Mali Akaa Ta'ee baruutuu Garuu taphaa tasisitani Waqayoo Dhifamaa isn yagodhuu Garaa Dandani Dhugatii isnaa Debisuu
@samstarsam
@samstarsam 2 года назад
jabaadhaa👏👏
@qabbanneashuukalo134
@qabbanneashuukalo134 2 года назад
Abbo macaafaa qulquullun hin qosiina
@anisha3303
@anisha3303 Год назад
👏🙏
@burkalemi6681
@burkalemi6681 2 года назад
Ajaa'iba ibbooooooo😂
@kiflebeyene2305
@kiflebeyene2305 2 года назад
Comedy naannessitanii amantiitti galchitanii. Duutuu silaa kana hin darbitan durayyuu yaaduma nama isin seeneyyu.
@admasassefa1944
@admasassefa1944 2 года назад
kun wangeelan qoosuu miti dhaloota hubachiisudha malee, namni otoo dhugaan isaafi hin galiin wangeela qabatee bahee nama arrabsaa oolee galu hinuma jira mee ilaalimee obboleessoo akka isaan ittii nama karaa sirriirra jiruufi karaa sirrii irra hin jirree wal bukkee qabani ibsan, hamma hubannakee arrabsite malee kun wangeellattii qoosu otoo hin taane wangeela jabeessani ergasaa nama hubachisuudha
@senaa2350
@senaa2350 2 года назад
🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣 Fakkenyaa Heduu Namaaf Tatuu ebbifama Dachaan 📚📚📚📚
@sabbontuormoo6171
@sabbontuormoo6171 2 года назад
🙏🏻📖📖🤲🏻🙏🏻🙏🏻🙇🏻‍♀️
@laliseayyana7800
@laliseayyana7800 2 года назад
Kkkkkk wayyoo garaako
@meseretalemu1693
@meseretalemu1693 2 года назад
Waqayoo siin haa ebisuu ergaa cimaa nuf dabarsitan 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏ulfadhuu gooftaa yesus
@admasassefa1944
@admasassefa1944 2 года назад
WOOW HEDDUU NAMATTI TOLTU DHUGAA ERGEE AJAAÍBAA OF KEESSA QABA KESSUMA AKKATA ISIN ITTII TAATANI HOJJEETTAN BAREEDADHA JAALLADHEERE
@bokumucakaku9214
@bokumucakaku9214 2 года назад
Gooftaan isin haa eebbisuu
@bekankumessa7718
@bekankumessa7718 2 года назад
🙏🙏🙏✔️
@gudinadhowa412
@gudinadhowa412 2 года назад
Aartii guddisuun waan tokko.Amantii namatti qoosuun waan bira.wal haa kabajnu.
@admasassefa1944
@admasassefa1944 2 года назад
kun wangeelan qoosuu miti dhaloota hubachiisudha malee, namni otoo dhugaan isaafi hin galiin wangeela qabatee bahee nama arrabsaa oolee galu hinuma jira mee ilaalimee obboleessoo akka isaan ittii nama karaa sirriirra jiruufi karaa sirrii irra hin jirree wal bukkee qabani ibsan, hamma hubannakee arrabsite malee kun wangeellattii qoosu otoo hin taane wangeela jabeessani ergasaa nama hubachisuudha
@kikigulma2326
@kikigulma2326 Год назад
😅😅😅😅😅
@etichalamessa
@etichalamessa Год назад
Tish,,,,,,Waan hojjettu beeki! Karaarraa deemanii fayyuma diraamaa hin hojjeten. Shaakala barbaachisa.....barreessuun dubbisuu barbaachisaa.....kana ta'uu baannaan akkuma keessan kan diraamaa ajaa'aa ta'e post hin godhamu! EGEREE COMEDY'nis of eeggannoo godhaa! gadi deebituu hin ta'iinaa,,,,Wangeela dhiigaan dhufe diraamaa ittiin hojjettee shiroo nyaatta.....Ittiin qoosta....Wangeela baattee maalii haadhakee jettee arrabsita.....Barumsa baradhaa jedhi.....bilchina barbaada......Adaraa Waaqayyoon sodaadhaa.......Amantii abbaatu kabajata......Mee musiliimonno, orthodox'n macaafa isaanii akkas godhuu...? Riifoormiin waldaa kiristiyaanaaf yoomiyyuu caalaa amma barbaachisa....wangeelli daldalaa fi suuqii ittiin nagadatan miti. Tish,,,,,,Know what you are doing! They didn’t walk the streets and make a drama. It takes practice…..writing and reading…..otherwise there will be no posts like yours which are wonderfully dramatic! EGEREE COMEDY's beware! don't be humiliated,,,,you make a drama out of the gospel that came with blood and eat conspiracies.....you make fun of it....what do you carry the gospel and insult your mother.....say learn lessons.....it takes maturity ......Please fear God.......The father respects the religion......Do the Muslims, the orthodox do that in their books...? Reform is needed for the Christian church now more than ever....the gospel is not a business and a marketplace.
@shamarranarsiiworqii8844
@shamarranarsiiworqii8844 2 года назад
Waan amantii eegalteen nutti warri amantii bira akka isin hin hordofne 🐒
@gamteessaaentertainment3565
@gamteessaaentertainment3565 2 года назад
Arabaa cabdaan akka malee🙄
@habteguteta9271
@habteguteta9271 2 года назад
Diraamichi gaarii ta'u danda'a ture, Garuu gurbaan inni gurraachi dheeraa sun maaliif jechoota fayyadamu haala safuu oromoos ta'e, akkata nama gaddisisuun jechoota 'stupid' fayyadamuun maaliif barbaachisee? Fknf:- Beeqe haadhaakee, haadharawuu, fi k,k fayyadamuun maal jechuudha? Maalumaafuu kun baay'ee nama gaddisisa, waaqayyoo isaaf haa dhiisuu.😭😭😭
@geletatolessa7808
@geletatolessa7808 2 года назад
Of ta'ee hojjechaa jira miti nama baalagee bakka bu'ee hojjetaa gatii jiruuf waanuma sirrii godhee waan hojjettu tokko sirriitti taatee mul'isuu qabda malee fakkessuu hin qabdu kanaafuu akkakootti waan sirrii ta'ee hojjete
@wakanbontube
@wakanbontube 2 года назад
namoonni hedduun akka nattii aartanii jirtaniifii akka waan ani dogoggora uumeettii comment gootaniittuu dhuguma nattii aaruu dandeessu sababnisaas nama gadhee ta'ee gatiin hojjedheef garuu waan isin hubachuu qabdan nama amala gadhee qabu garuu akka amantii sana fudhate jiru ta'ee gatiin hojjedheef an waanuma sirriin godhe kan otoo wangeela lallabuuf deemu yoo namni arrabse kan arrabsu yoo namni reebe kan reebuuf ittii fiiguu yoo shamarran bareedduu arges kan hanga ejjuuttiillee ija jabaatu meeqatu jira, ani waanta sana bakka bu'een hojjedhe. waan lamaan isaa wal bukkee qabne hojjechuun keenyammoo namni isa waan gadhee godhu ilaale amantaa keenya akka hin jibbinefi akka irraa barate namni dhugaatti wangeelaaf of kennee hojjetus akka jiru agarsiisuufidha, kanaafu waanti ani godhe hundisaa dogoggoradha akkakoo hin ta'iina akka shibbiruu ta'aa
@iyesusabdiijiraatadhaa1384
@iyesusabdiijiraatadhaa1384 Год назад
🤣🤣
@wendizinabu65
@wendizinabu65 2 года назад
JAZBBAAA!!!!!!!!!!!
@nourrabah5238
@nourrabah5238 Год назад
Waangaalan hin qosiin hubbanna dhalotaa hin midhiin of qabu dhaan oso ta'e ergaa qaba turee
@shobashoba1413
@shobashoba1413 2 года назад
😍😍😍📖🙌💞💞🙏
@sarahuji7381
@sarahuji7381 2 года назад
😯
@zamzamzamzam9117
@zamzamzamzam9117 2 года назад
😁🥰🥰💖
@ashakabadda2022
@ashakabadda2022 2 года назад
😭😭😭😭❤
@saaraa5700
@saaraa5700 2 года назад
😳🥰🥰❤🤣
@bontubontu1294
@bontubontu1294 2 года назад
😭😭😭😭😭
@ayyaayyuu9855
@ayyaayyuu9855 2 года назад
🤣🤣🤣🤣🤣😂
@kindebuli3098
@kindebuli3098 2 года назад
Oso Wangelaa lafa kahuu batee
@user-ki6cy9dj9k
@user-ki6cy9dj9k Год назад
tortoraa
@shobashoba1413
@shobashoba1413 2 года назад
😅😍💞🙌🙏😍
@auhhcfocusfellowship1615
@auhhcfocusfellowship1615 2 года назад
thankyou guys
@sarahuji7381
@sarahuji7381 2 года назад
🙇‍♀️👈😢
@bekanwakaentertainment9377
@bekanwakaentertainment9377 2 года назад
Jarana arrabichi waama akkamiitii sirriitti dhaggeeffattaniittuu?
@admasassefa1944
@admasassefa1944 2 года назад
Of ta'ee hojjechaa jira miti nama baalagee bakka bu'ee hojjetaa gatii jiruuf waanuma sirrii godhee waan hojjettu tokko sirriitti taatee mul'isuu qabda malee fakkessuu hin qabdu kanaafuu akkakootti waan sirrii ta'ee hojjete
@bekanwakaentertainment9377
@bekanwakaentertainment9377 2 года назад
haa ta'u garuu, gurra namaatti xiqqoo waan ulfaatuuf waama biraa fayyadamuu qaba jedheen malee. baay'ee namatti tola dhugaa yaadichimmoo.
@sabtuuoromyaa6515
@sabtuuoromyaa6515 2 года назад
Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk
@laliseayyana7800
@laliseayyana7800 2 года назад
Biqee hadha eshe jedhani nama barsisuu walgeellaa
@laliseegiddissaa
@laliseegiddissaa 2 года назад
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🙅‍♂️🙅‍♂️🙆‍♂️🙆‍♂️🙆‍♂️
@admasassefa1944
@admasassefa1944 2 года назад
Of ta'ee hojjechaa jira miti nama baalagee bakka bu'ee hojjetaa gatii jiruuf waanuma sirrii godhee waan hojjettu tokko sirriitti taatee mul'isuu qabda malee fakkessuu hin qabdu kanaafuu akkakootti waan sirrii ta'ee hojjete
@burkagutema2841
@burkagutema2841 10 месяцев назад
Pls kuni jireenya waa'een jireenyaa hin qoofamu ......nama nutti kolfisiisinaa akka dhaloonni deemanii dhugaa hin baane ulaa itti hin cufinaa kuni waan baay'ee nama qaanessuuudh amantii keenyas bakka hin bu'u😮😮 sorry
@admasassefa1944
@admasassefa1944 2 года назад
nuuf jabaadha jajjabdootakoo namnii tokko tokko wangeelan lallaba dhugaan baha jedhee dogoggora akkasii dalagaa oolaa, normalii dhugaa dubachuuf namuuma amala akkasi qabu fakkeessite taphattee eebbiifami nama karaa sirriin dhugaa bahuufi nama karaa sirriin dhugaa hin bane fakkaattani ergaa guddaa nuf dabarsitani
@oomeegaatube4938
@oomeegaatube4938 2 года назад
Jortuu view barbaacha wangelafi dhugaan comedian hinhojjetamu waanbarbaade tahuyyuu akkasi in ergaan hindarbu.inniyyuu ofiisaa ofdandahaadha.maaloo rafii dhifamaa gaafadhu waqaayyoon wangeelli sindhiisu.
@almazalmaz1173
@almazalmaz1173 2 года назад
Tishiii Mali beta wani wagela wahee foni keti labasi male maqa iyesusii xiqodha abbo salphadhu
@birtukanfelekaa5925
@birtukanfelekaa5925 2 года назад
Eebbifamii,,jechotaa Kee sirrefadhuu haadhoo koo
@admasassefa1944
@admasassefa1944 2 года назад
Of ta'ee hojjechaa jira miti nama baalagee bakka bu'ee hojjetaa gatii jiruuf waanuma sirrii godhee waan hojjettu tokko sirriitti taatee mul'isuu qabda malee fakkessuu hin qabdu kanaafuu akkakootti waan sirrii ta'ee hojjete
@asterkibebu8221
@asterkibebu8221 Год назад
Ĺny
@kiflebeyene2305
@kiflebeyene2305 2 года назад
Unsubscribe!
@Tarekegndebeleta2020
@Tarekegndebeleta2020 2 года назад
Nan gadda wangeelaan akkas qoosuun fafa
@admasassefa1944
@admasassefa1944 2 года назад
kun wangeelan qoosuu miti dhaloota hubachiisudha malee, namni otoo dhugaan isaafi hin galiin wangeela qabatee bahee nama arrabsaa oolee galu hinuma jira mee ilaalimee obboleessoo akka isaan ittii nama karaa sirriirra jiruufi karaa sirrii irra hin jirree wal bukkee qabani ibsan, hamma hubannakee arrabsite malee kun wangeellattii qoosu otoo hin taane wangeela jabeessani ergasaa nama hubachisuudha
@Tarekegndebeleta2020
@Tarekegndebeleta2020 2 года назад
@@admasassefa1944 inni sirriidha garuu wangeela kabajamaa kana akkas lafattii darbatanii sukkuumuun kun mee hammam fudhatama qabaa ? . Ykn bifa isaa fakkeessanii itti fayyadamuun maaliif dadhabamee namicaha idea ykn yaada kana kopheessetu rakkoo guddaa qaba akka mataa kiyyaatti .
@masiitube1310
@masiitube1310 2 года назад
😭😭😭😭😭😭
@dagagayoutube8048
@dagagayoutube8048 2 года назад
Baayyee nama barsiisa . warra hin galleef garuu qoosaa fakkaata. Jabaadhaa. Akkasuma of eeggadhaa.
Далее
EGEREE COMEDY: LAMA FUDHU
16:32
Просмотров 125 тыс.
Самый БОЛЬШОЙ iPhone в МИРЕ!
00:52
Просмотров 138 тыс.
Yeroo Waaqeffannaa Bishooftuutti
5:13
Просмотров 326 тыс.
|Hirkoo marsaa 2ffaa-Kutaa-3ffaa| comedy afaan oromoo
26:28
EGEREE COMEDY:KAAYYOON QABA
12:59
Просмотров 102 тыс.
Hir-koo Kutaa 17ffaa
27:58
Просмотров 264 тыс.
SAMII BANAMAA: ABRAHAM TARE
7:16
Просмотров 4,9 млн
DINQEE ADDISUU:SIIF OF IRRAA
10:31
Просмотров 112 тыс.
EGEREE COMEDY: AGABUU
12:55
Просмотров 199 тыс.
EGEREE COMEDY:KAARTOONII
11:30
Просмотров 47 тыс.