Тёмный

EGEREE COMEDY: JAALALA BILBILAA 

EGEREE MEDIA
Подписаться 237 тыс.
Просмотров 170 тыс.
50% 1

ONLY ON EGEREE MEDIA
All videos uploaded on this channel are entirely belongs to Egeree Media. The main purpose of our channel is to promote Oromo Young Gospel Singers, Musicians and Comedians. Copying any content of this channel is strictly prohibited.

Опубликовано:

 

18 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 487   
@oromiyaaoromtichaaoromoo6971
@oromiyaaoromtichaaoromoo6971 4 года назад
Oso isin jirachuu baatanì imiimaan haacaluu hundessa na ajese😭bohaan kolfaa jabadha
@ሜሮንየተዋህዶልጅሜሪየድን
Ani Kan jedhuuu kanaaa ebadeee 😭😭😭😭
@farihatube9355
@farihatube9355 4 года назад
@@ሜሮንየተዋህዶልጅሜሪየድን qqqq0
@betiiyeemaremlejii9691
@betiiyeemaremlejii9691 3 года назад
Maloo Kan jedhan kun Dhugadha qaboo Har.adha ajjessaan jedhanii fb irraattii maloo sobamo letaa badee 😭😭😭😭😭😭😭
@oromiyaaoromtichaaoromoo6971
@oromiyaaoromtichaaoromoo6971 3 года назад
@@betiiyeemaremlejii9691 lakkii isaa natiin fakkatuu 😭kaanuma biratii inni finfinee jirataa natii fakkatee uuuuufffff gubanekaa yaa sabaa.
@betiiyeemaremlejii9691
@betiiyeemaremlejii9691 3 года назад
@@oromiyaaoromtichaaoromoo6971 hin bekkuu anii isaa nanii jedhan Dhugaa bayyeeee gaddee garuu isumaa fakkataa suraan naaf ergame waqayoo sobaa yaa godhuu uuuuuuuuuuffffiiii gubane Dhugaa 💔😭😭😭😭🙏🙏🙏💔💔💔💔💔💔💔
@burutukanshawaa7320
@burutukanshawaa7320 4 года назад
baay'ee namati tolaa 😁😁😂😂qaboo yaa hojii kee jechii kee hunduu namaa borasaa dhugaa
@abushabush1317
@abushabush1317 4 года назад
Wawaw,jabaadha baay'ee isinirraa bareeda,garuu, inni jinjanaa qabate seeran hojjadhu qaboo wawaw 😁🤣🤣🤣🤣🤝♥️♥️♥️♥️🙏🙏🙏🙏
@jesusismylife9525
@jesusismylife9525 4 года назад
Bay'ee namati tolaa Eebbifamaa nuuf jiraadhaa...😍😍♥️♥️
@firaaolidastaa8679
@firaaolidastaa8679 4 года назад
Dhugaa waqqaa bayyee namitii tolituu ebbifamaa jiraa jabadhaa
@roozaaraggasaa9736
@roozaaraggasaa9736 4 года назад
Maalo dhugaa kuuni waanuma jiruu dhirri hinumaa sobaa yaa rabbii makinaa 3 jedhaa baari
@bashaduoromogetachoo4249
@bashaduoromogetachoo4249 4 года назад
Wwww baye Nama boharsa, barnotas qaba abba hubbatef ebbiffaama ❤️
@user-rj6nj5xy6h
@user-rj6nj5xy6h 6 месяцев назад
Hayyee dhugaa waqqa bay, ee namaatti toltu❤️❤️👍
@diiborraamucaakaakuugoofta131
@diiborraamucaakaakuugoofta131 4 года назад
Yaa ijoolee keenyaa ijii keenyaa imiimaan gaarraan keenyaa maaddaadhaa kolfuudhaaf in daanadenyee Haaceeeeeeeee keenyaa obirraa dhaabanee onneen keenyaa nuu maadooftee siniimoo nakoflaachiiftaan nuuf jiirraadhaa amatuun siininargiin gaariin siin daarbiin yaa laammii kooo
@tokkummaakeenyaaf2735
@tokkummaakeenyaaf2735 4 года назад
Jabaadhaa jajjabeessaa akkaataan dhiyeessii keessanii namatti tola, Maamila dubaraa dabaraadhaatii akka bareedu godhaa! Fknf gaafa bilbila haasoftu sana akka dhugaa fakkaassuu wayiif nama aklka sanatti (Act) gootu isin barbaachisa! Waluamaa gala waggaa lama osoo hin guutin dorgomaa ta'uu qabdu! Galatoomaa!
@jdjdudhdudud7118
@jdjdudhdudud7118 3 года назад
Woww dhugaa rabii baay,ee nama buharsaa nufi jiradhaa lammi koo❤️💚barumsaa guddaa ofii kessaa qabaa ittii fufaa halumaa kanani
@huluncayeketema9313
@huluncayeketema9313 3 года назад
jibbinaan qumbii wajjin jaallannan furri wajjin jedha oromoon gaafaa mammaku.!!!!!!!!!!dhuguumaan eenyuummaa keenya dhugaa nuuf wayya.baay'ee nama barsiisa jabaadh
@workineshgemechu6155
@workineshgemechu6155 3 года назад
Wayyoo bayee gaaridha qaboo hojiin kee hagame gaaridha 👍👍👍👍👍🏆🏆🏆barumsa guudda qabaa jabadhakaa 🏆🏆🏆🏆🏆
@godisgoodwaaqayyogaariidha3618
@godisgoodwaaqayyogaariidha3618 4 года назад
Kkkkkkkkkkkkkkuuuuu yaa hojii keessan jabaadha bayyee namatti tolttu dhugaa 😍😍😍😍bayyee isin jallanna kuni waanuma yeroo ammaatti ta'aa jirudha waaqayyo isiin haa Eebbiisu
@yesusjirtadha1867
@yesusjirtadha1867 4 года назад
Ebbifma bayee namti toltuu 🤣🤣🤣🤣🤣🤣nuf jirdhaa umurii dheraa baye sin jalanaa ❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@zeritukebebe7765
@zeritukebebe7765 4 года назад
Jabadhaa bay'ee garidhaa itumaa fufaa jajabewaan kenyaa
@yoomileeoroomokoo168
@yoomileeoroomokoo168 3 года назад
Qabo koo kkkkkkkk akaa ilmoo soreesaa ti dubadhuu jetaani misiraa fuunani jetaani hojiin kesaani baye'ee nabohaarsee nufi jiraadhaa jajaajee waani kenyaa 🥰🥰🥰🥰
@allahmudullillahrabilliall4464
@allahmudullillahrabilliall4464 4 года назад
❤💚❤👌👌👌😘Qaboo qallii Sanyii Hacallu Hudesaa jabadhuu
@deborawaqayoobekadha6446
@deborawaqayoobekadha6446 3 года назад
Dhugaa baayee tokoo naamatii toltuu jabadhaa
@dumasawaadhuhasjalaamomina8922
@dumasawaadhuhasjalaamomina8922 4 года назад
Kkkkk woyii haboo namati toltuu jajabadhaa❤👍💪ittii fufaa
@mergeleb3326
@mergeleb3326 2 года назад
Waaw jabbadha gorsaa bay'ee of keesaa qaba nice👍
@hambisetaadasewallaggabaha3127
@hambisetaadasewallaggabaha3127 3 года назад
Wowow nuuf jiiradha umurrii dheerradha love ijoollee oromoo koo❤💚❤
@HuaweiHuawei-mt1vp
@HuaweiHuawei-mt1vp 4 года назад
Bayee, Namaatii, Tolaa, Jabadhaa, Oromoo, Koo, 😍😍❤️❤️💖💖👍👍👍💪💪💪
@samesame1163
@samesame1163 4 года назад
Wow baye namati toltu👌👌👌👌👌👌👌👍👍👍👍👍
@almanassar6459
@almanassar6459 3 года назад
Ebbiifama ebbiifama baay'ee namatti tolttu 💝💝💝💖💖💖
@oromiyaaoromtichaaoromoo6971
@oromiyaaoromtichaaoromoo6971 4 года назад
Uuuuuuuffffff heduu natii toltuu malo dafaa dafaa nuf gadii dhiisaa💜💖💙❤❤💪💪💪💪👍👍👍👍👍
@mareechala7236
@mareechala7236 3 года назад
Barumsaa gariidha kun dhirafis shamaranis wooooow galatooma bay'eeeee kkkkkkkkkkkk
@abatebekele8093
@abatebekele8093 2 года назад
Really it is commedy.🤠🤠🤠🤠🤠🤠🤠🤠
@nikozufan7669
@nikozufan7669 4 года назад
Wow bayyeee name tolaa maloo jabadha. Akka hin dhabannee
@yegeta3639
@yegeta3639 4 года назад
Wow bay'ee namatii toltu jabadha💝💝💝💝💝💝💝💝
@ganaabdullaxif6402
@ganaabdullaxif6402 4 года назад
Bayee nati tollaa itti fufaa jabadha
@jitukedir2554
@jitukedir2554 4 года назад
Hhhh 🤣🤣🤣🤣kolfan nu fixaan ijoo💪💪💪❤️💚❤️jiraadha qaqaliwan Oromoo 😘😘😘😘😘😘
@qalloowarratuulamaashaggar1477
@qalloowarratuulamaashaggar1477 4 года назад
Tokko yoo dhabnee kan hacee😭😭 fakkaatu.baayyee qabdi oromiyaa jiraadha bara hedduu qaboo keenya❤❤
@amartiidheeressaa6254
@amartiidheeressaa6254 3 года назад
Exactly 👍👍👍👍qaboo Gltoomi, dhugaa keeti, dubara jireenya keetiif taatu barbaadda taanaan Eenyummaa Isa dhugaa kanaan itti siqi,💕💕 kkkkkk baayee namatti toltu💓💓Oliin Hedduu na dhibe, MAMI juusiichi naf ha dhufu kkkkkkk,baayee namatti toltu nu jiraadhaa,nu jabaadhaa
@pamelanehme4410
@pamelanehme4410 4 года назад
Woow baay'ee baay'ee nama kofaalchistuu dhugaa eebbifamaa ergaa guddaa qaba jabaadha itti fufaa👏👏👏👏
@Raagaa5
@Raagaa5 4 года назад
Jabaadha.. Bayyee namatti tola.
@alamiyoussef2294
@alamiyoussef2294 3 года назад
Mashala.Alah.baye.namti.tola.jabadha.kkkkkkkkkkkkkkkk.iti.fufaa.kkkkkkkkkkkkkkkkkk.wayyo.dune.kkkkkkkkkkkkkkkk.hoij.kesani.kkkkkkkkkkkkk.iti.fufaa.kkkkk.sanyi koo.jabadha.kkkkkkkk❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@siinboonee
@siinboonee 3 года назад
Wayyoo jalala online kana kkkkk
@seemborak6238
@seemborak6238 4 года назад
Kkkkkkkkkk qaboo koo hoji kee mee hhh jabbadhuu ijoollee keenyaa❤️❤️💝💜
@sabotuumusilimaadxb8409
@sabotuumusilimaadxb8409 4 года назад
Dhugaa rabii barumusaa gudaa qabaa jabadhaa itii fufaa
@نتنت-ش6غ
@نتنت-ش6غ 4 года назад
😁😁😁😁😁bayyee namaati tolaa Damaakoo Jabadha 👌👌👌👌👌❤❤❤❤❤❤
@mustaariyasaid373
@mustaariyasaid373 3 года назад
Namni Egree Comedy Jaalattan Like Commety Godha Jajjabeessa
@abuluguta9773
@abuluguta9773 3 года назад
Isheen bilbila haasoftus osoo mul'achaa deemtee gaarii dha.
@birtukantolera4448
@birtukantolera4448 3 года назад
Bayy,ee bareeda jabadha .
@islaamchanelambolafadhiraf9835
@islaamchanelambolafadhiraf9835 4 года назад
Mirchochee yaanee maar baayee isin jaaladhaa dhugaa 😍😍😍😍😘😘😘😘😘
@helenhayile8354
@helenhayile8354 4 года назад
Qaboo ebbifamii dhugaa jette jajabe keenyaa
@firewaschenaki3599
@firewaschenaki3599 4 года назад
Bayye garidha garru saggale sirressa hindhagammu
@fenetadunya7839
@fenetadunya7839 3 года назад
Wayo gara na dhukube dhugaa waqayoo kkkkkkkkkk hoji madami dhirafadhee
@abdishow635
@abdishow635 4 года назад
Waw dhugaa ijolee jajabduu jabadha comedian Afaan oromo yaroo jalqabaf kan midhaguu argu kooti
@munaamin1645
@munaamin1645 4 года назад
Jabadhaa sanyiiwaan ko 😍😍❤❤💚💚❤❤
@hadicell8039
@hadicell8039 4 года назад
Wayyo garaa koo 😂 😂 😂 😂 jabadhaa bayye namatti tolttu dhuga nuuf jiradhaa❤️❤️
@sabkeebarrmichuarsilixa3103
@sabkeebarrmichuarsilixa3103 4 года назад
Kkkkkkk qabo koo baayye si jaaladha nuuf jiraadhu damma woyi
@kumashtaresa4454
@kumashtaresa4454 4 года назад
Baayee galatoomaa namatii tolaa siiniin jaalaanaa nuuf jiraadhaa dhuuga baruumsaa gurgudaa of keesa qabaa 💓💓😍😍😍😍
@godisgoodeverytimegodisgoo4561
@godisgoodeverytimegodisgoo4561 4 года назад
Rabbii isiinif haa arguu garakoo bilcheesitani wayooo
@kareemamohammed75
@kareemamohammed75 4 года назад
Bayee Namaa buharasaa itii fafaa
@almewako6613
@almewako6613 4 года назад
Baayyee namatti tolaa jabaadhaa
@baccuusanyiioromoo3073
@baccuusanyiioromoo3073 4 года назад
Kun seena dhugaadha nuuf jiraadha baayeen isiin jaalladha 💗💚💗
@ganetmucaaiyesusiyesus3909
@ganetmucaaiyesusiyesus3909 4 года назад
Uuuuu bay.een kolfee ar.aa maloo bay.een isiin jaldha jabadha ❤❤❤😐👍👍👍
@nanitube3552
@nanitube3552 4 года назад
Wow jabadhaaa dhugaa bayeee namati tolaa
@roobajamal669
@roobajamal669 3 года назад
Www
@metiiiwallaga3427
@metiiiwallaga3427 4 года назад
Heddduuu galatomaa Qabo ko dhuga bay,ee nama boharsituu Jabadhaa😂😂😂😂😍😍😍😘
@صالحمحمد-خ2ز9ذ
@صالحمحمد-خ2ز9ذ 4 года назад
Dhuga bayye namati toltu 😅😅jabadha❤❤❤❤❤❤
@birtukanhey5676
@birtukanhey5676 4 года назад
Dhugaa bayyee namatii toltuu galuumaa kaan ittii fufaa
@bizunesh1228
@bizunesh1228 4 года назад
Kkkkkkkk kolfan nuu fixan galatom jabadha
@DarartuMbm
@DarartuMbm 3 года назад
Hayee maqaa koo waltee kaa waqoo bayyee namatii tolaa nuf jiradhaa
@yohaniskibebu8431
@yohaniskibebu8431 3 года назад
Baayyee namattii ittii nuu fufaa akka gaaritti
@imanhilal586
@imanhilal586 4 года назад
Baay.ee galatoma
@obseekayofanii6021
@obseekayofanii6021 4 года назад
Wowoowowow bayee namati Tolaa dhugaa qaboo jabadhaa❤️😍 Kkkkkkk 😂😂😂😂😂😂
@abaruunewtube3446
@abaruunewtube3446 4 года назад
Omg ijolee bayyeee nu boharsitaan galatomii qabiyee i love you obolesaa dhugaa
@ganetamenamenamenilililgan5689
@ganetamenamenamenilililgan5689 4 года назад
Wowooowowo baye garidh
@hawwiidarajee2303
@hawwiidarajee2303 4 года назад
Dhugaa baay'ee namati tola dhugaa wayoo wayoo garaa koo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@biranee.fiqiree3817
@biranee.fiqiree3817 4 года назад
bayyee baredaa jabadhaa namati tolaa barumsas qabaa ergaa guddaa ❤
@fanunegash3484
@fanunegash3484 4 года назад
Kkkkkklkkkkkk yaa hojii keessaa baayen isin jaaladhaa ebbifamatotaa koo wwwwooww baayee namati tolaa
@sarahambisa270
@sarahambisa270 3 года назад
Bayyee namatti toltu jabbadha Umuri nuuf dheradhaa
@derartukebede694
@derartukebede694 4 года назад
Waqaayyo baraafi jirenyaa keessan haa ebbisuu nuuf jiradha obbollankoo bayyee isin jalana jabadha
@siyademitiku4417
@siyademitiku4417 3 года назад
Waqoo Bayee nama boararsitu nujiradha😂😅😅😅😅😅💖💖💖💖💖💖👍👍👍👌
@ganimucayesusabbagaridhaye9879
@ganimucayesusabbagaridhaye9879 4 года назад
😀😀😀😀😀😀😀 muca soresa kkkkkkkkk yaa hoji keesan malo baayen kolfee dhuga uuuuuuuuu baayen sin jaaladha dhuga ebbifamota ijolee waaqayyo
@lulaayoutube5413
@lulaayoutube5413 4 года назад
kkkkkk nuf jiradha sanyi ofi ko❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@habibagadisaa9757
@habibagadisaa9757 2 года назад
Wayoo kolifan dhuminee🤣🤣🤣🤣🙆‍♀️🙆‍♀️🙆‍♀️🙆‍♀️🙆‍♀️
@muleetash00maamaraa54
@muleetash00maamaraa54 4 года назад
Bay.ee namatti tolla jabadha ebifama 💪💪❤❤❤❤🐅🐅🐅❤❤❤
@misiraatube1787
@misiraatube1787 3 года назад
Bayee namati tolaa jabadha
@azoz87samri65
@azoz87samri65 4 года назад
Kkkkkk qaboon jeequmsumaaf mi'a waliin reeba nafakkaate!! 😀😀😀😀😀😀😀
@adiikooyesusabbafayyinsaak9424
@adiikooyesusabbafayyinsaak9424 4 года назад
Wwwww baay'ee manaa iti tollaa jabaadhaa itii nu fufadhaa
@Gk-tq9jg
@Gk-tq9jg 4 года назад
🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣
@Gk-tq9jg
@Gk-tq9jg 4 года назад
😂😂😂😂😅😅😅😅😂😂
@rebumaregasa5661
@rebumaregasa5661 4 года назад
Baay'ee namatti tola. Jabaadhaa. isin jaalanna!
@davem6319
@davem6319 4 года назад
Dhugaa bayye natti tollitani Ijjolle Najjo allalitu akka isheni walli marraratu wowowo nuffi jirradha🍎🍏❤🤣🤣🤣🤣🤣
@shibirathyupia8458
@shibirathyupia8458 4 года назад
Uuuuuuuf akkattin siin jalaadhu Dhugaa heduun siin jalaadha 🌷🌷🌷🌷🌷😘😘😘❤❤❤❤😍😍❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤👍👍👍👍👍👍
@humnikoogooftaayesuuskiris5077
@humnikoogooftaayesuuskiris5077 4 года назад
Ebbifama dhugaa😍😍😍❤❤❤
@birko3050
@birko3050 4 года назад
Wayyo gara koo Ani du.ee hojii kesan💛💚💙💜🤎🧡❤💗💖💝💘
@abdiihuseen581
@abdiihuseen581 2 года назад
Wow wow wow wow heddu namatti tola
@sifaansanbato513
@sifaansanbato513 4 года назад
Waqi namati toltu jabadha
@hawwiiamboo7313
@hawwiiamboo7313 4 года назад
Wowow bayee Galatomaa barumsaa gudaa qabaa Ebiifamaa ❤❤❤❤❤❤❤
@bultiitakilee8664
@bultiitakilee8664 Год назад
Jabaadhaa!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
@sabotuumucaaoromookwt336
@sabotuumucaaoromookwt336 4 года назад
bayee namati tolaa jabadhaa
@sisayfares3956
@sisayfares3956 3 года назад
Jabadha baye namati tola
@ayantuwaqayotube7178
@ayantuwaqayotube7178 4 года назад
Wowowo bayyee garii dhaa ebbifamaa 💖💖💖💖💖😂😂😂🙏
@eyeluethiopia9783
@eyeluethiopia9783 Год назад
bayeee nama bo￶'aarstu dhugaa umuuri dheradh hojii dhumaa kesani hojetan
@asentigudisaa4580
@asentigudisaa4580 4 года назад
Jabadhuu ijoollee oromoo Koo ❤❤💚💚❤❤👌👌💯💪
@lelisaanbessa6428
@lelisaanbessa6428 4 года назад
Dhugaa jiru dha. Jabaadhaa.
@simboooromoo5368
@simboooromoo5368 4 года назад
Kkkkkkkkk wayyo gara koo kkkkkkkkk uuuuuf mucuqe dhugaa
@helenhayile8354
@helenhayile8354 4 года назад
Wayyoo garaa koo uufff ❤❤❤❤❤❤❤❤😍😍😍😍😍
@birko3050
@birko3050 4 года назад
Jabadha ittumaa nufufaa bayyee namati tola💜💙💛💚💝💖
@aberadamiseofficialyoutub
@aberadamiseofficialyoutub 4 года назад
Kophaa osuman jiruun kolfaan ---- jabaadhaa!
Далее
EGEREE COMEDY: PHOTO
17:47
Просмотров 170 тыс.
EGEREE COMEDY: KAROORAA, RAAWWII fi QEEQA PART 2
14:49
Просмотров 132 тыс.
У НАС ДОМА ЗАВЕЛАСЬ КРЫСА 🐀
01:00
EGEREE COMEDY: TAJAAJILAA YEROO
13:01
Просмотров 82 тыс.
EGEREE COMEDY: QOLA KITAABAA
18:18
Просмотров 82 тыс.
DIINAKOO KOOMEDII AJAA'IBAA AYYAANA TV MO'AA WALIIN
24:52
IBSA AYYAANAA/KOMEEDII BASHANNANSIISAA/QOPHII ADDAA
17:25
EGEREE COMEDY: MANA KIRAAYII
11:33
Просмотров 128 тыс.
EGEREE COMEDY: SIRRATTAN DU'A
12:07
Просмотров 199 тыс.
EGEREE COMEDY: WAARDIYAA
12:47
Просмотров 106 тыс.