Тёмный

EGEREE MEDIA: Seenaa jireenya faarfattuu SENAIT MITIKU 

EGEREE MEDIA
Подписаться 236 тыс.
Просмотров 34 тыс.
50% 1

ONLY ON EGEREE MEDIA
Egeree Media is an Oromo Media dedicated in supporting and introducing New Oromo Comedians, creators and Gospel singers by financially supporting the production. Videos uploaded on this media solely belongs to Egeree Media. Re-uploading any of the medias creations and content is prohibited!
Follow us on:
Facebook(Gaaddisa Oromiyaa)
/ egereemedia
Telegram channel
t.me/EgereeMed...
Telegram group
t.me/EgereeNew...

Опубликовано:

 

7 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 255   
@User1-6t
@User1-6t 10 месяцев назад
may lord of Heaven bless you by his grace , we love you so much our singer, Don't afraid lord is always with you!
@meetiimeetii1708
@meetiimeetii1708 Год назад
waaqayyoo baraaf jirenyaa kee haa ebisuu yeroo seenaa kee kanaa dhagefaadhuti rakina keessaa jiruu kanaa akkan darbuu waaqayyoo biraa abdii qabaa😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔😭😭💔💔😭💔💔😭😭🙏🏽
@welelawelela4371
@welelawelela4371 Год назад
Senaan Kee bayuumaa kesaa koo cabsee... Barumsaa hamanaa hin jedhamen iraa baradhee . Waqayoo wan bay'ee kan kanaa caluu siin rawachudhaaf jabadhuu.. qoromsii bayatus gariidhaa sii cesisaa garaa ulfinatii.... Waqayoo baraaf jirenyaa Kee haa ebisuuuuuuu....
@user-si9ze5tp4v
@user-si9ze5tp4v 9 месяцев назад
Dhugadha😢
@jesusalfaomegagospelminist2521
@jesusalfaomegagospelminist2521 6 месяцев назад
Seenaa aja'ibsiisa Eebbifam Seni❤❤❤❤
@diborabubaali1931
@diborabubaali1931 Год назад
😭😭😭😭 Wayyoo Wayyoo yaa Waaqayyoo ergaa kee hujjirraa akkaa olchinuu Atii Aayyaana kee nuuf bayy'isii!!!! Eebbaaf ta'aa Seena addaa nuuf qoduu keessaniif!!!!❤️❤️❤️🙏👍
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee 💕💕💕💞🌹
@saraambo8583
@saraambo8583 Год назад
😭😭😭😭😭😭😭😭🥰🥰🥰🥰
@kariimaatube
@kariimaatube Год назад
Kotuu matii nafa thii Qalii 🥰
@user-sr1ck2tw9g
@user-sr1ck2tw9g 10 месяцев назад
Wan bayee ira barane dhugaa.uuuuf❤❤❤
@merertufufa6703
@merertufufa6703 9 месяцев назад
Attii meeshaa waaqayyotii jabbaadhu, ebbifamii ♥️
@DugumaIfa
@DugumaIfa Год назад
waaqayyoo Yommiyyuu Galfaata hin Nyaatu AMEEEEEEEEEEEEEEEEEEEEEN
@lifelive6266
@lifelive6266 Год назад
Akkam nama waaqayyo sane nagaan nagaa caalu nagaan goofta keenya gofta Yesus siif yaa baayatu.baay'ee sijaalana baay'ee si kabajina guddaa isaa gooftan keenya sii yaa eebbisu,ammalee ayyaani isaa dachaan siif yaa dabaluu.Ameen
@shewetesheti1506
@shewetesheti1506 Год назад
Sena, baayyee baayyee nama ajaibdudha,baarmssa,gudda,irra,argadhe, waaqaayyoo gudidha,alakam,kessattu, ebbifami faakenya nuf Tate hunduma keenyaf,faarfattusani,hoojin, waaqaayyoo ajabsisidha,dinqisisa🤭👏👏👏👏❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🥁🎷🎵🎶🎶📖📖🎤🙌🎧🎧🎙️🎀💓🪕🎸🎸🎺💝
@bifitubalina8596
@bifitubalina8596 Год назад
Waqaayoo sii ebbisu bareeduu Koo wan baayee sii irraa baaradhee dhugaa
@jituuchannel5360
@jituuchannel5360 Год назад
Uufffe Bagaa waqaayyoo wan hundumaa irrati ayyaana sif laate jabduu kenyaa ebbifamii ayyanii waaqayyo ammale dachaa sif haa dabbalamu ebbaaf ta'ii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@dadyttoodedee2229
@dadyttoodedee2229 11 месяцев назад
Uuuuuufffff ananii giftikoo senaa hedduu gara namaa nyatuuu jabadhuuu jabdukoi❤❤❤❤❤
@gwalbo7547
@gwalbo7547 Год назад
ALL what happened to you was for the glory of God! What a marvellous testimony! All the praises and glory, power and honour be to God Almighty! Amen! My sister, God is with you - He will never leave you nor forsake you! (Isaiah 41:10; Matthew 28:20; Hebrews 13:5). Amen and Amen! Listen to His voice - God knows your heart! Be attentive to His voice! He is your Stronghold! (Psalm 18:2). Hallelujah!
@kariimaatube
@kariimaatube Год назад
Kotuu matii nafa thii Qalii 🥰
@kassahunmirkena2860
@kassahunmirkena2860 Год назад
Why God punish this much?
@user-si9ze5tp4v
@user-si9ze5tp4v 9 месяцев назад
Yes😭😭😭😭
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Uuuuuuuuuuuufffffffffffeeeeeeeee😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭Waqaayyo halaa hundumaa keessattii saa jajabesuu hadhokoo dhugaa bahumsaa gudaa nuuf dabarsitee❣️❣️❣️❣️❣️❣️❣️
@tarikayoarero4612
@tarikayoarero4612 Год назад
Seniyyyyyye uuuuuuuuufffffff
@TtmeAndMiresa
@TtmeAndMiresa 2 дня назад
Hindhaabatin adaado galmiikeenya yeerussaalem❤
@Wandhugamedia
@Wandhugamedia Год назад
Jabbaduu koo dhugaa eebbiffaamii jaabadhuu
@nasaphone3340
@nasaphone3340 Год назад
Wqy sii haa eebisuu eebbifami sanniyyee jabaadhu
@seeniitube2395
@seeniitube2395 Год назад
Uuuuuuuuffffff Dhugaa bahuumsi Kun Anaayyuu Waan fayyaden qaba Waan Guddaa Nama barsiisudha Waaqayyoo Waan Hunduma Irratti sirriidha Sanuu keenya jabaadhu Waaqayyoo Isa Caalutti Si baasa
@gemechubeyene1
@gemechubeyene1 Год назад
Waaqayyo ayyaana isaa isa qulqulluun si jabeessu.
@sirnesaabera9856
@sirnesaabera9856 Год назад
Ebbifamaa egeree midia,har'aa yaadachan ture wantii dubbatamee rawwaatamuu hin hafuu ebbifama
@chucheetube4018
@chucheetube4018 Год назад
Ishee miti maqaa isaanitu tokkodha malee wanti dubatame rawatamu hin hafun kan farfatu Sanayit Mulaatuti
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee 💖💖💖💝
@gadisera5518
@gadisera5518 Год назад
Waaqayyoo waan hundumaa irratti galateeffamaadha.dhaloonni sirraa waan baayyee barachuu dand'a eebbifami sanni koo ayyaanni siif haa baay'atu
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee 💝💝💝💖💞
@dureti-cp9ic
@dureti-cp9ic Год назад
Saafuu dha waaqayyoof
@senagetachew4158
@senagetachew4158 Год назад
Baayyee sirraa baradhee ebbifami 🙏🙏🙏waaqayyoo kana caalaa ayyana isa sif haa baayyatuu❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@btybelina6284
@btybelina6284 Год назад
Eebbifami obboleettikoo waan bayyee nu yaadachiste waaqayyoo ayyanasa hundumaa keenyaaf haa baay'isuu God bless you!
@Sarontube
@Sarontube Год назад
Barnootaa guddaa ofii keessaa qaba dhugaa waaqayyoo didaan deemuu aarsaa nama kanfalchisaa dhugaa dhalootni kana dhagefatee waa irraa barachuu qaba.seenuu koo baaga waaqayyoo hundumaa keessaa sii dabarsee har'aa fullaa isaa sii dhabee gatiin kee waaqayyoo biraa 😢🥺🥰❤️
@dinkajira524
@dinkajira524 Год назад
Eebbifamtuukoo baayyee si jaallannaa
@sinbonee5701
@sinbonee5701 Год назад
Beyeesusim otto anati waqaayyoon arabuun koo hin oole obsa sif Lateef haa galatomu jabaadhu atis gifti koo
@bareduuamboo1522
@bareduuamboo1522 Год назад
Waqayoo sii haa ebbisuu dachaa Ebbifamii waa bayee irraa baradhee
@Twins167
@Twins167 Год назад
Oooo sani koo sii arguu kottii bayyee gamadee giftii koo waggaa 15 dura bekkaa takkaa jijjiiraminee bareduu koo halaaf amalaan toltuu ayannaa qabettii intallaa obsii hin bohiin attii waqaa isaa kana hundaa keessaa sii dabarisee yadadhuu anii bareduu koo ❤️
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee 💕💕💕💯🌹💞💖
@gurmutadesaol-qabaa6773
@gurmutadesaol-qabaa6773 Год назад
Dubaarti cimtuudha. waaqayyoo barakee haa eebbisuu
@birkefikedu6197
@birkefikedu6197 Год назад
Dhugaa Anii waan bayyeen iraa baradhee waqayyoo siin haa Eebbisuu 🙏🙏
@kumemiessa9007
@kumemiessa9007 Год назад
Adara hunda keenya yaa waqayyo mi.aa kee nu godhadhu 😭😭😭😭📚📚kanuma caala ayyanni waqayyo sif ha baayatu🙏😭😭📚
@areejk4721
@areejk4721 8 месяцев назад
Uuuuuuufff 😭😭😭😭iyeesuus bara baraan jirataadhaa😭🌹❤️❤️🙏🙏
@SaraSara-mv7rt
@SaraSara-mv7rt Год назад
Goftaan Baraf jireenya Kee Haa Ebbiisuu Jabaadhuu Waaqayyoo Sii barsisuufi Maale Sii balleessuuf Mitii ♥️♥️♥️
@kariimaatube
@kariimaatube Год назад
Kotuu matii nafa thii Qalii 🥰♥
@mergaamanuel9988
@mergaamanuel9988 Год назад
Baga waaqayyo haala ulfaatuu akkasi keessatti si gargaaree bari kee haa eebbifamuu sani koo dhugaa baatii hedduu ajayibsisaadhaa God is personal God 🙏 🙌
@Wandhugamedia
@Wandhugamedia Год назад
Maaloo farfannaa Ishi nu gadii lakkisa maloo Sanayiti bayyeen kabbajaa nan jaaladhaa kabaajamtuu dhugaa farfanaa ishii nu gadi lakkisaa maaloo
@user-si9ze5tp4v
@user-si9ze5tp4v 9 месяцев назад
❤❤❤
@chucheetube4018
@chucheetube4018 Год назад
Waqayyoo waan hundumaa waan godheefi beeka imimaaninan dhagefadhe waan hedduu nama barsisa
@galootube8676
@galootube8676 Год назад
Ameeeen eebbifamaa Waaqayyoo isin haa ebbisu . Dhugaadha baay’een irratti baradheera jireenya keerraa
@fayerashuneofficialyoutube5311
Uuuufffff! Sanniyyee an dhuga bahumsa keetiin barumsaaf hubannaa guddaan irraa argadhe. Waaqayyo inni boriikee siif eeggachuuf haalota kana keessatti kana hundumaa sirraan gahe haa eebbifamu! Inni beekaadha waan ta'eef isaan qoramuuf ilaalamuuniyyuu eebbadha!
@chaatuudiribaa8361
@chaatuudiribaa8361 Год назад
Waaqayyoo si haa ebbisuu nama waaqayyoo jaajabadhu❤️❤️❤️
@kariimaatube
@kariimaatube Год назад
Kotuu matii nafa thii Qalii 🥰♥❤
@sinbookootiyesus408
@sinbookootiyesus408 Год назад
Jechi ati dubatu dhugaadha humna adda qabam waaqayyoo gariidha yeroo hunduma jabaadhu hadhee koo
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee 💝💝💝💝💝💝💔💯💞
@MimiMimi-ou3iw
@MimiMimi-ou3iw Год назад
Uifinni kan gooftaati🙏🙏 barumsa ajaayibaati
@tarikayoarero4612
@tarikayoarero4612 Год назад
Uuuuuufff
@Yemuu109
@Yemuu109 Год назад
Wayyoo Gifti koo. Yeroo ishe wa,ee muca ishee odeesitu bo,iicha Dhabii hin qabine bo,ee. Homa mitti gifti koo isatu sii laate, isaatusi fudhatee. Akkuma shuferii konikolata akkuma baribadeeti mirgatis, bitaatis, dubbatis fuliduratiis offuu akkuma danda'uu, inni lubbu keenya hooganu moo akkuma baribadeeti jireenya keenya offuu danda,a. Kani otuu hin dinqisifaatini kani darbuu hin baribanee moo midhagina isheeti. Amma warrii dakuu killoo 1kg fuula isanitti baatani adeemani bo,ani miitti qufaa,ani iyyuu fuli isani bunni jedhee jijjirama. Jabadhuu bareeduu koo.
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee 💞💞💞💖🌹💯
@Yemuu109
@Yemuu109 Год назад
@@desistuutube3083 siifi ta,eera hadhoo
@dinkajira524
@dinkajira524 Год назад
Seenaa baayyee garaa namaa cabsuudha uuufff ayizosh gatiin kee waaqa birattii baayyee guddaadha waaqayyoo ulfinasaaf jecha kaasaa siif kaffalaa ❤❤❤😭😭❤❤❤❤ jireenya namaaf baayyee karaa ta,aa dhugaa eeebbifamiiiii
@user-si9ze5tp4v
@user-si9ze5tp4v 9 месяцев назад
😢😢😢😢
@sifaniiibrhimii8865
@sifaniiibrhimii8865 Год назад
Waqayoo Rabii ☝️ tokochaa astaa gafurilhii gowaa jedhinii
@ayewushmulatu9703
@ayewushmulatu9703 Год назад
Uufff Eebbifantuukoo❤jabaadhuu Gooftaaketti❤
@user-et7zd7df4e
@user-et7zd7df4e 6 месяцев назад
Yaa jireenya jireenya kiristaanummaa dhugaa keessa jiruu...................
@mergajira9615
@mergajira9615 Год назад
Seenaa nuuf qoodderraa waan baayee baradheera....waaqayyo ammallee Si ha jabeessu , Si ha eebbisus obboleettii koo
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee 💔💔💔💔💯💯💞💞💞💝💝💖
@biraneefiqireewarquu7835
@biraneefiqireewarquu7835 Год назад
Jabadhuu waqayyoo siin haa milkesuu hadhookoo!Eebifama!
@hadhaako
@hadhaako Год назад
Gooftaan Koo innii jabduu SI godhee Akka dhabatuu inni SI godhee Waaqayyoo gaariidha saa jajjabeesuu 😭 💔💔😭
@asterburaka3150
@asterburaka3150 Год назад
Ufffff giftii koo Waaqayyoo si jaallataa
@bizukenea2138
@bizukenea2138 Год назад
God 🙏 bless you my dear sister
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee 💖💖💝💐💔💕
@kariimaatube
@kariimaatube Год назад
Kotuu matii nafa thii Qalii 🥰
@megarsadufera5833
@megarsadufera5833 Год назад
ebbifamii senait
@gemenetezkera4661
@gemenetezkera4661 Год назад
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭jabadhuu waqayyoo wan hundumaa gochaa akka tii danda'eesuu anii bekaa jedha iyob 42,waqayyoo sihaa kisuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@obsegutema7097
@obsegutema7097 Год назад
Uuuuffffffiiii bayeee namati ulfataa ‘Waaqayyoo siiwajjin jiraa
@tadelewakshumduresa4497
@tadelewakshumduresa4497 Год назад
waaqayyoo guddaa sii haa ebbisuu gonfoo kee biran sii haa gahuu!
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee 💝💝💝💝💝💖💞💔
@gadisefikadu1098
@gadisefikadu1098 Год назад
Uuuuuuff 😭😭😭🥰🥰❤️Jabduu namaa waaqayyoo❤️❤️🙏 Waaqayyoo jabbees sii haa dhabuu amma dhumaatii Ebbifamaatuu keenyaa nuuf jiradhuu Ebbifamii hadhoo koo💕💕🙏
@kariimaatube
@kariimaatube Год назад
Kotuu matii nafa thii Qalii 🥰♥❤😍
@israelkumera4401
@israelkumera4401 Год назад
Really God bells you Seni jabadhu .
@kariimaatube
@kariimaatube Год назад
Kotuu matii nafa thii Qalii 🥰♥
@tigisttakele6575
@tigisttakele6575 Год назад
Uuuffff waqayyoo galataa fi ulifinaaii haa bay'attuufii
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee 💯💯💯💞💞💞💝💖
@sinanano1185
@sinanano1185 Год назад
Seni you are blessed
@iyesusabdiijiraatadhaa1384
@iyesusabdiijiraatadhaa1384 Год назад
Ameeeeeeeen eebifamiiiiii bareduukoo sii jaalllaadhaaaa dammakooo uuphaaaaaaa
@Seenuu501
@Seenuu501 Год назад
Uuufffee😭😭😭😭😭 Jabadhuu jabduu koo Ebifamii ebifamtuu koo
@shawaatube3303
@shawaatube3303 Год назад
Waaqayyo gooftaan si haa eebbisu giiftiikoo Eebbifamaa
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee
@almewako4896
@almewako4896 Год назад
Uuufff waaqayyoo beekadhaa maqaan isaa yaa ulfaatuu
@buzebekene5929
@buzebekene5929 Год назад
Ameen Ameen waqqayyo Si ebbisuu
@dinqituurafisaa2443
@dinqituurafisaa2443 Год назад
Uuufff😭😭😭😭waaqayoo ayyanasa siif haa bayyisuu ammas dabalee nama the ebbifamii🙏
@farafatuutiigisitisinitayo5829
Maaloo imimanifuu dhagafachuu dadhabee uuuuuuuuuuffff waqayoo guudadhaa homaa miitii sanuu koo isaa caluu ofahakaa qabadaa bagaa wanii hundumaa olatee galatafii dhabatee
@imuugirma7179
@imuugirma7179 Год назад
Uuuufff yesusii koo ati Guddaadha🙏😭😭😭
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee
@ebbiseetuuluu9124
@ebbiseetuuluu9124 Год назад
Uuuufeeee Ameeeeeeeeen Ameeeeeeeeen Ebbifamii ❤❤
@michuwoga8142
@michuwoga8142 Год назад
Jabaadhuu jabduuko waqayyoo si wajjin jira hooma miti
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee 💞💞💞💕💯
@tigistgebeyehu7928
@tigistgebeyehu7928 Год назад
Waan gudaa siraa baradheraa oboletti too jabadhuu naa ebifamii 👌👌👌
@kariimaatube
@kariimaatube Год назад
Kotuu matii nafa thii Qalii 🥰♥🥰🥰
@sabboontuwallagaa1567
@sabboontuwallagaa1567 Год назад
Yeesuus gooftaadhaa
@sisaayiiabdisa
@sisaayiiabdisa Год назад
Uuuuuuuuuuufffff maaloo giftiikoo ananyaatuu ebifamii haadhoko jajjabeeko 😭🥰🥰😢😢💔💔💔👍❤💚❤💚❤
@abelma12
@abelma12 Год назад
waaqayyo baraaf jireenya kee hafe akka iyoob siif haa eebbisu!
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee 💕💕💕💕💞💞💞💕💯🌹
@muluuwarqi8112
@muluuwarqi8112 Год назад
Waan baayee barbachisan siraa baradhee ebbifamaa dachaan
@sukareatomsa8443
@sukareatomsa8443 Год назад
Bareedduu koo jabduu koo
@muluuwarqi8112
@muluuwarqi8112 Год назад
Egere midia ebbifamaa
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee 💞💞💞💕💕💯🌹
@SaraSara-me7uk
@SaraSara-me7uk Год назад
Eebbifamtu koo jabadhu ammayyu wanti hundinu hafe waqayyon filatamnan gahadha
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee 💝💝💝💝💖💞💔
@pincode2821
@pincode2821 Год назад
Waqayyoo barakeee hafee hundumattii sii wajiin haa ta'uu
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee 🌹🌹💞💯💕
@zxczxc3083
@zxczxc3083 9 месяцев назад
Waa'ee mucaa gafachuu dhisaa Maloo ufeeeeee 😢😢😢
@gannathusseen4597
@gannathusseen4597 Год назад
uuuuffffffff bayyee gara nama nyata jabadhu anu was bayyee sira baradhe😪😪😪😪😭😭😭😭😭😭😭
@sinbooqananii3168
@sinbooqananii3168 Год назад
Uuuffff ebifamtuukoooo bagaa gargaraamtee jabadhuu
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee 💯💯💯💯💝💝💝💖💖💞
@masaratulfina3356
@masaratulfina3356 Год назад
Waqayoo wan godheef qaba uuuuuufff bayee ulfataa jabadhu hadhoo koo
@danielgudeta4474
@danielgudeta4474 Год назад
Waaqayyo daddabalee si haaeebbisu, dhuga ba'umsa guddaafi barsiisaadhaa itti jabaadhu
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee 💝💝💝💝💖💞💔
@ElshadaayiikOYESUUS
@ElshadaayiikOYESUUS Год назад
😭 Waaqayyoo bekkadhaa Egaa Ergaa kee hundaa waa bayyee ira barrane Jabduu koo jabadhu Waaqayyoo Akka nutii dandenyu nu hubachufi maalee nu dhisuuf miti Fa. S.m. Erga ke hundaf galatoomi Si haa eebbisu
@meetiigutematube6255
@meetiigutematube6255 Год назад
Ufeeeeeeee
@caaltuutube7217
@caaltuutube7217 Год назад
😭😭😭😭😭😭😭😭😭 uufffffu waaqayyo dhala siif caala obsi
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee bareduu koo
@hadhaako
@hadhaako Год назад
Atii dhugumatii ogeetii Akka Solomon ebbifamtukoo gooftan koo saa jajjabesu ammalee Waaqayyoo kanuma isaadha isuma nama keena isuma namara fudhataa hubanaa kana siraa barane 💔
@Wandhugamedia
@Wandhugamedia Год назад
Hadhookoo jabbadhuu
@jesusthehealer1
@jesusthehealer1 Год назад
Baga Waaqayyoo gara hundumaan garakee goree.
@jituutamiraat8250
@jituutamiraat8250 Год назад
😭😭😭😭ebbifamtukoo jabaadhu waqayyoo sii waajin haa ta.u
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee 💕💕💕🌹💞💯
@shelinshelin9108
@shelinshelin9108 Год назад
Waaqayyoo sii gargaruu jabadhuu hundumtu garumadhaaf hadhokoo
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee 💖💖💖💖💞💞💝💕
@solomonlamesa1479
@solomonlamesa1479 Год назад
Wow waaqayyoo Si ha Eebbisu
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee 💕💕💕🌹💞
@mihiratiigudinaa827
@mihiratiigudinaa827 Год назад
Jabadhuu😢😢😢
@ayyuorotube3956
@ayyuorotube3956 Год назад
Uuuuuuùuuufffffffiiii ebbifami sanuu mucaa kakuu
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee
@khaliltube6830
@khaliltube6830 Год назад
Soba isa akkasi nama jibbisiisaa
@seenalijee4457
@seenalijee4457 Год назад
Ebbifamii ebbifamii ebbifamii ebbifamii ebbifamii ebbifamii ebbifamii hadho koo 😭😭😭
@Wandhugamedia
@Wandhugamedia Год назад
Farfannaa ishi durii nu gadhisaa
@simenehshiferaw6474
@simenehshiferaw6474 Год назад
homaa miti obboolleetti koo hundumtti isaayuu ulfina waaqayyoof
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee 💝💝💝💝💝💝💖💞💔
@yohanniswakjiraofficial1996
Uleen sirka jiru dhimma baasa jabaadhu, obboleettiko!
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee 💕💕💕🌹💞
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Год назад
Mattii naaf ta.iimee
Далее
Senayit Mitiku #Oromogospelmusic
2:50
Просмотров 36 тыс.
DINKE ADISU:LUBBUUN HIN LIQEEFFATAMU
8:04
Просмотров 93 тыс.
Yeroo Jaalalaa
25:04
Просмотров 49 тыс.
Keessumaa Mo'aa - Faar.Eliyaas Gabulaa waliin
1:05:17
Просмотров 7 тыс.