Тёмный
No video :(

FIB: Garam garam dubbiin.....?- Kabbitoo 

FIB  GLOBAL
Подписаться 189 тыс.
Просмотров 231 тыс.
50% 1

Turtii Taatoo Kabbitoo/Jaallee Amantee Waliin Taasifne guutuu isaa hordofaa ittiin bohaaraa

Опубликовано:

 

25 окт 2020

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 400   
@segnibekele2093
@segnibekele2093 3 года назад
Jaal Amantee Jabaadhu ummata keef hojjedhu dandeettii aartii qabduu kanan💖 Sijaallanna Orokoo💞
@dibboraamucaawalisooshawaa9736
@dibboraamucaawalisooshawaa9736 3 года назад
Kkkk mucumaa barreduu kanaatuu. Akkas fakaateyuu 😂😂😂😂😂😂🙆
@ELSAGADOTUBE
@ELSAGADOTUBE 3 года назад
Baredu mati naf ta.ime
@getukena1287
@getukena1287 3 года назад
Wow! Qoosaa afaan Oromoo step tokko tarkaanfachiisaa jirtaa jabaadhu!
@umarabdurroo1937
@umarabdurroo1937 3 года назад
FIB thank you Kabbitoo na dhandhamsiisi ❤💚❤ Link video kana Facebook irratti share Godha
@lekaentertainment2583
@lekaentertainment2583 3 года назад
Waan harmeen #Oromiyaa tahaa jirttu daawwadhaa qomooko Watch "Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa GANTUU 2020 New Afan Oromo Film GANTU SODERE BAHALIYAKE TV QAANQEE" on RU-vid ru-vid.com/video/%D0%B2%D0%B8%D0%B4%D0%B5%D0%BE-ppwSN8ULtdo.html
@ELSAGADOTUBE
@ELSAGADOTUBE 3 года назад
Sanyi mati naf ta.ime sif ta.aa anisi
@HDlyrics1571
@HDlyrics1571 3 года назад
Ayyi kabada kabito kabeto sijalana wanumaa fedhefuu❤️🍏
@ELSAGADOTUBE
@ELSAGADOTUBE 3 года назад
Sanyi mati naf ta.ime
@Meaza_dadi12
@Meaza_dadi12 3 года назад
Kabitoo u are the best bro... keep going🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@workineshdida4754
@workineshdida4754 3 года назад
Dhugaa natii. Fakanee kabaddan kanaa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰💋💋💋💋💋💋❤💙💙💚💛💛💛💛💛👍👍👍👍👍👍👍💪💪💪💪💪💪💪💪💪☝️👈
@bachajirata6626
@bachajirata6626 3 года назад
Kabbadaa jabaadhu hojii gaarii dha. Gaazeteessaan FIB garuu gaaffii gaafattu caalaa ofuma kee deebii kennuutti yeroo hedduu waan fudhattuuf otoo haala itti gaaffii gaafattu otoo sirreessitee 😘😘
@biyyaakooorommiyyaa4089
@biyyaakooorommiyyaa4089 3 года назад
Dhuga kabe koo baye sii jaladha nufi jiradhu ija dina irra nu hafi🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
@milkessadaba630
@milkessadaba630 3 года назад
Really so fantastic actor, Kabbee/Kabbitoo! Jabaadhaa gareen Kabbees.
@NewAmharicMusic
@NewAmharicMusic 3 года назад
Kabiitoo jabaa namaa
@baccuusanyiioromoo3073
@baccuusanyiioromoo3073 3 года назад
Wow kabbee bgan sanyii ke ta,e jabaadhu ❤💚❤
@sakinasakina9301
@sakinasakina9301 3 года назад
💔woyooo
@bizunashtsigu4634
@bizunashtsigu4634 3 года назад
Kkkkkkk wayoo namicha kan arguun barbadayu bayee baredaa garam garam dubbin galatomaa warii isaa nuu argasitan is❤💚❤
@zedoshewasalale5426
@zedoshewasalale5426 3 года назад
Kabbitoo qoosaan kee Waan garaa nama nyaatu of keessaa qabaam .jabaadhu 💪💪💪❤ .
@diboraayesus163
@diboraayesus163 3 года назад
Jabbadhuu kabbeee dhugaa ummata birraa jalaalla guuddaa qabdaa dhugaa💕💓
@tesfayesentayehu6498
@tesfayesentayehu6498 3 года назад
Jaallee Amanttee baay`ee, baay`ee si jaalladha, aarttii oromoo gara shawaa mul`isuu kee caalaa, rakkoo ummata kee baasttee mul`isuu kee baay`een si dinqifadha. jabaadhu caalatti immoo hojii cimaa akka hojjattu fulduraaf abddiin sirraa qaba.
@sanyiimotiimotii5306
@sanyiimotiimotii5306 3 года назад
Bagaa nagaan nufaa dhufatanii dhugaa qopiin FIB bayyee namaatti tolaa uffffffff jabaadha siin waliin jiraa❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪
@munaasrat6540
@munaasrat6540 2 года назад
Weyyii kabee bayye natii tola jabadhuu dhugaa bayyee nama bashanisisaa
@takelechemeda9069
@takelechemeda9069 3 года назад
Dhugaa Baayée namatti tola. Ati dhuguma actor dha. jabaadhu waa baayée nama barsiisu hojjetaa jirta. wantoota nuhirátan guutaa jirtu eebbifamaa isiniin jedha.
@analemigirmaa1457
@analemigirmaa1457 3 года назад
Wayooo kabitoo kooo atii baredaa wayiti jabadhuu diraman kee bayee namati tolaa
@mastumucaatewahidoo2361
@mastumucaatewahidoo2361 3 года назад
Jabadhu kabbee baayyee namatti tola hojii kee itti fufi 👍👍❤💚❤
@chaltufayisa1400
@chaltufayisa1400 3 года назад
Waayyooo anii jarsadhaa see.e kabbee kenyaa nuf jiradhu lammii koo ❣❣❣❣❣❣🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏💯💯💯💯
@rawadarawada7786
@rawadarawada7786 3 года назад
Wayyoo kunii kabemaa garuu🤣🤣🤣🤣❤️
@hawwiidarajee2303
@hawwiidarajee2303 3 года назад
Dhugaa baay'ee nama garamaa 😂😂😂
@abdinkoojiratadhaa1442
@abdinkoojiratadhaa1442 3 года назад
🤣🤣🤣🤣
@tibeyejimmatube
@tibeyejimmatube 3 года назад
kabbee abo sittii haa toluu susii na qabsiifteetta jabaadhuu!!!!!!!
@metisalale1005
@metisalale1005 3 года назад
Baye cimadha erga baye qaba dirmake jirenyailman oromo nano finfine calaqisisa uuuuf nujiradhu iti fufi 💜💜💜👍
@mailaordonez2552
@mailaordonez2552 3 года назад
Kabee kabitoo. edaa mucaan shimalaa shawaa qabatuu fakkataa 🤣🤣🤣🤣😍😘
@lekaentertainment2583
@lekaentertainment2583 3 года назад
Waan harmeen #Oromiyaa tahaa jirttu daawwadhaa qomooko Watch "Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa GANTUU 2020 New Afan Oromo Film GANTU SODERE BAHALIYAKE TV QAANQEE" on RU-vid ru-vid.com/video/%D0%B2%D0%B8%D0%B4%D0%B5%D0%BE-ppwSN8ULtdo.html
@lekaentertainment2583
@lekaentertainment2583 3 года назад
Waan harmeen #Oromiyaa tahaa jirttu daawwadhaa qomooko Watch "Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa GANTUU 2020 New Afan Oromo Film GANTU SODERE BAHALIYAKE TV QAANQEE" on RU-vid ru-vid.com/video/%D0%B2%D0%B8%D0%B4%D0%B5%D0%BE-ppwSN8ULtdo.html
@samesame1163
@samesame1163 3 года назад
Wow kabbee jabadhu bayee hoji bareda akumati iti fufi❤️❤️❤️❤️❤️❤️👌👌👌👌👌👌👍👍👍👍
@Gk-tq9jg
@Gk-tq9jg 3 года назад
Kuni isum uuuuuuufffffff yaa oromo tiyyaa ayu betu😂😂😂😘😘😘😘😭 love
@ebsy1967
@ebsy1967 3 года назад
Kabee bay,ee namati toltaa jabadhu itii fufii
@lekaentertainment2583
@lekaentertainment2583 3 года назад
Waan harmeen #Oromiyaa tahaa jirttu daawwadhaa qomooko Watch "Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa GANTUU 2020 New Afan Oromo Film GANTU SODERE BAHALIYAKE TV QAANQEE" on RU-vid ru-vid.com/video/%D0%B2%D0%B8%D0%B4%D0%B5%D0%BE-ppwSN8ULtdo.html
@qalloowarratuulamaashaggar1477
@qalloowarratuulamaashaggar1477 3 года назад
Kabitoo keenya baga nuuf dhufte🥰🥰 wayyoo kabee afaan jarrati kan mataa sirraa Ajjeesse kkkkkkk
@abiramtech
@abiramtech 3 года назад
Ani ABIRAM GADISA Jedhama youtubers Oromiyaa Kessa Jiratudha Hojii Kiya Barnota Technology Isin Barsisaa jira Subiscribe Gochuun Nu Deegaraa?
@ELSAGADOTUBE
@ELSAGADOTUBE 3 года назад
Sanyi mati naf ta.ime
@brahanedabala7164
@brahanedabala7164 3 года назад
Bayyee namati tolaa jabadhu ammalee itti fufii
@siifaansalale2786
@siifaansalale2786 2 года назад
Kabbee dhumaa garuuu kuniii 😅😅😅😅💪💪💪❤️❤️❤️
@yedeshimarara7803
@yedeshimarara7803 3 года назад
Kabbee dhugaa baay'ee sirraa bareeda ittii fufii hojii kettii
@amaneetakkaamanee2408
@amaneetakkaamanee2408 2 года назад
Bayeee namatii tolaa jabadhuu Asuman rabbin jajaabina sii haa keenu
@SamsungJ-ie8dv
@SamsungJ-ie8dv 3 года назад
Wawwoo akam namàtii tolituu❤
@sonicblast2767
@sonicblast2767 3 года назад
Kabbitoo Koo ittii fufii , yaa ijolle Tulama waqayoo biftuu nuu haa basuu
@kiyyalove7181
@kiyyalove7181 3 года назад
Diramaa ke bayee dasi jedhaa ❤ garuu kabbadan woliin fakkatuu😊
@lensaabaqqala365
@lensaabaqqala365 3 года назад
Kkkkkkk 😂😂🤣 malo Bayye namatti tolta dhuga 😍😍😍
@bareedduudebebe7265
@bareedduudebebe7265 3 года назад
Kabbadha garam garam dubbiin kolfan nu fixe bar, 😂😂😂😂😆😆😆 jabadhu
@robekgaming8947
@robekgaming8947 3 года назад
Kabbeen aartii Oromoof nama waan baay'ee hojjechuu danda'u.jabaadhu
@gudoluigimichael1693
@gudoluigimichael1693 3 года назад
Dhuga baayyee naati tolte
@user-kk5gk4mo1z
@user-kk5gk4mo1z 23 дня назад
hhhhhhhhhhhhh dhuga kuni kabitodha isa hin fakatu mucha Akana baredu sana fakate kkkkkkkkk kabito sii inni nu marache wayii gudi keessani jajabadha ijolee qalii isin wolin jira
@hayatali5263
@hayatali5263 3 года назад
Wowwwwwwwwww Kabadaa bayee namatti toltaa diramaa kee jabadhuu baredaa hojachaa jirtaa
@opentube5962
@opentube5962 3 года назад
በጣም ነው የምወደው ካቤ!!!!!
@asentigudisaa4580
@asentigudisaa4580 3 года назад
Jabadhuu bayyeesa nuuti tolee kabbee 👌👌👌👌👌
@siifaaniiboonii3430
@siifaaniiboonii3430 3 года назад
Annii yeroo duraa diramaa isaa dawwadhee dhugamaa saratanyaa maa naatii fakkatee turee comedy aja'ibaa dalagdaa jabadhu rabbiin ijaa naafxanyaa irraa sii haa haabiisuu
@ELSAGADOTUBE
@ELSAGADOTUBE 3 года назад
Sanyi mati naf ta.ime
@fantayen.nugusa762
@fantayen.nugusa762 3 года назад
wow kabbee qashitii oromoo sijaallanna
@obsiineetoromiyaa7690
@obsiineetoromiyaa7690 3 года назад
Wwwwòo kabbee ittii nuu fufii 💗💗💗💗
@birtukanmuleta9403
@birtukanmuleta9403 3 года назад
Kabbee koo kunii Sumaa waaw Baayee hojii gariidhaa jabadhuu
@meetiimeetii1819
@meetiimeetii1819 3 года назад
Kunii kabbedhamoo adara waqa omy good kabbee jabadhuu sabbona kenyaa
@ayyaantumante7104
@ayyaantumante7104 3 года назад
Kabbitoo ko! 😃😃Baayyee namatti toltaa Isin hundinu buy jiraadhaa fayyaa nuu ta’aa
@tatitirfu3379
@tatitirfu3379 3 года назад
Wow kabbee hojii bareeda itti nu fufa keessattu qote bultoota nuti ijoollen qotee bulaa naanno finfinne 😥❤sagalee gudda dhageesisu qabna
@jamlajamla7800
@jamlajamla7800 3 года назад
Kabee baye si jana jabadhu qalii kena ykn jaalee kena
@gffgvygvv531
@gffgvygvv531 3 года назад
Wwwwwwoooo sumaa moo dhugaa bay'ee namatii tolaa sumatuu akasa fakatee garuu kkk bay'ee namatii tolaa jabadhuu amalee wan garii qabadhuu kotuu
@haliimamuhammadgalan8736
@haliimamuhammadgalan8736 3 года назад
Ajjaiba dhuga Rabbii ufatumatu nama barecha egaa jabadhu hojiin kee heedu nama bonsa
@gishubedanne8364
@gishubedanne8364 3 года назад
Jabadhuu kabbee bayyee namati tolta💖💖💖💖
@daisyhmmdae349
@daisyhmmdae349 2 года назад
🤣🤣🤣💖🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@abdiikoolafaaonaagoftaayas5646
@abdiikoolafaaonaagoftaayas5646 3 года назад
Waqayyoo Oromoo Ummata Shawaa waaliin Haata’u ❤❤❤Shawaa koo
@hegereaadam9284
@hegereaadam9284 3 года назад
Uummata kaan hoo?
@demaarsiiasalaaabourjeily5432
@demaarsiiasalaaabourjeily5432 3 года назад
Kabbe dhuga bayye namati tolta jabbadhu itii nu fufii
@fanosdheresa7199
@fanosdheresa7199 3 года назад
Kabbee Kabbitoo 🥰🥰🥰🥰🥰
@ayyantuwarrawancii8727
@ayyantuwarrawancii8727 3 года назад
Kabee manyaa nama ❤❤😉😉
@meseretifawanjo2133
@meseretifawanjo2133 3 года назад
Kabitoo dhugaa baayyee nama itti tola nuu jaabadhuu
@sifaanoromiyaa5925
@sifaanoromiyaa5925 2 года назад
Wayii kabitoooo🤣garam garami dubiin enyuu silmiin kanumti kolfaa. Olee hara,alee🤣🤣🤣wagaa bayee nuf jiradhuu dhugaaa🙏🙏💖
@dubai6100
@dubai6100 3 года назад
Wow kabbee kabbitoo💞💞💞💞💞💞
@helenasolo3157
@helenasolo3157 9 месяцев назад
Bagumuu kankegnaa tatann 👌💪💪🙏🙏
@safeyah0075
@safeyah0075 3 года назад
Dhugaa heddu namatti tola Jalle koo jabaadhu ittuma fufi
@waqaayoogaridha4901
@waqaayoogaridha4901 3 года назад
Kkkkkk kabetoo jabadhu sanyii ofi sidha silaa
@gittadero1503
@gittadero1503 2 года назад
Anaa dhugaa yeroonii kabitoo dawadhuu bayee naatii tolaa namamuu badiyaa naatii fakataa turee dargagoo akkaan naatii hin fakanee halumaa kananii ittii fufiii
@ggfff132
@ggfff132 3 года назад
Wowowo kabee💗💗💗💗💯✔🖐
@robelteshome5062
@robelteshome5062 2 года назад
Thank you Kabe
@najetinagasa8477
@najetinagasa8477 3 года назад
Woyoo kabe kabito bayyee namati toltaa garuu diramarati jarsaa woyii fakkata wowwww
@zedoshewasalale5426
@zedoshewasalale5426 3 года назад
Kabbitoo akkattin Si jaaladhu bar 👍👍👍😘💪💪💪💪
@rozahammoud406
@rozahammoud406 3 года назад
Uuuuuuuuuuufi wayoo umuumurii dheradhu
@kabirafaati5949
@kabirafaati5949 3 года назад
Worrii FIB bayye galatoma nujiradha hamtun isin hinargin
@biifituujirenyaa3544
@biifituujirenyaa3544 3 года назад
Kabbaee baayee nuutii tolotaa jaabadhuu baayee sii jalalanaa❤❤❤❤
@hanifahassen6203
@hanifahassen6203 3 года назад
grabaa kan Akka malee jaalaadhaa dhugaa rabbii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@tchaltojordan
@tchaltojordan Месяц назад
Wwwww kabee kabitoo welcome 🎉❤
@zeynebahusen6326
@zeynebahusen6326 3 года назад
Nuuf jiradhaa ilmaani Oromo isiin jalaana😍😍😍😍
@obsaabadhaso2799
@obsaabadhaso2799 3 года назад
Ija,a ko
@sichantube5490
@sichantube5490 3 года назад
Gurbaa jabaadha. Ittuu cimi jedhaan
@biretube5899
@biretube5899 3 года назад
Mucaa baredaa kanaa eddaa
@halimabaina4534
@halimabaina4534 3 года назад
Wowww kabadani kanaa isaa akaa durani hin jiruu hadhaa
@bortgrma355
@bortgrma355 3 года назад
Kabiitoo😁😍😍😍💞👍jabadhuu
@oromiaoro9587
@oromiaoro9587 3 года назад
በጣም ነው የምወደው ካቤ ስልኩን ሲጡኝ አደራ
@yusufhassensadike9367
@yusufhassensadike9367 3 года назад
Wawoo kebee koo bayyee si jalaadhaa
@bareeduushawwakaba8058
@bareeduushawwakaba8058 3 года назад
Kabe itti nuuf jabadhu ani yeroon sii ilalau umata baladha tullama ykn salaalee sirrti ibsaa dhuga
@demaarsiiasalaaabourjeily5432
@demaarsiiasalaaabourjeily5432 3 года назад
Nufii jabbadhu kabbbito koo sii jalaana
@iftuabdii2616
@iftuabdii2616 3 года назад
Kabee jabadhu lamii koo sii jalana gallatomii
@dubai6100
@dubai6100 3 года назад
I love you kabbee💞💞💞💞💞💞👌👌
@firiwagossaye655
@firiwagossaye655 3 года назад
Jabaa Keenya Sin Iddoo Guddati Sii Egnaa 😘💖
@berkedejene5126
@berkedejene5126 3 года назад
Bayyee namatti tolaa kabitoo jabaadhu ani gafaan duraa arguu laalee qufuun dadhaabee irraa deddeebi'een ilaalaa turee bayyees namaa kofalchisaa
@user-so4ue3jq1m
@user-so4ue3jq1m 3 месяца назад
Wow kabee koo nuf jiraadhu
@abeabebech6085
@abeabebech6085 3 года назад
Jabadhuu kabe too💞💞💝💗💙💕💜
@ELSAGADOTUBE
@ELSAGADOTUBE 3 года назад
Lubu mati.naf ta.ime
@tigstuffhomaygad6169
@tigstuffhomaygad6169 3 года назад
Aja,iba kabadaa hojiin kee cimadhaa jabadhuu
@genetgenet68
@genetgenet68 3 года назад
Kabiitoo nuuf jabadhuu sanyii Koo 💓💓💓💓💓
@anuoromtittii7633
@anuoromtittii7633 3 года назад
Good job keep it up
@birkeraggasa8325
@birkeraggasa8325 3 года назад
Waaww kabbee kunii sumaa ani gongumaa hin amanuu dhugaa rabbii sumaa wal hin fakkaatan
@bisax3832
@bisax3832 2 года назад
Meeti re kabaadaan mo kanumaatu Isa Ajibaa kkkkkkkkkkkkkkk ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@brahanedabala7164
@brahanedabala7164 3 года назад
Baagaa naagaan dhuftaani
@waqayyootikseekotianihomah3827
@waqayyootikseekotianihomah3827 3 года назад
Kkkkkk namuma kana fakkatu yero diirama hojettuu akka nama sammu hin qamne ta'aa!!!!
@qananiisa417
@qananiisa417 3 года назад
Dhugaa anii itiqaa tafarii biratii argee maratuun se'ee😁😁😁
@dubai4997
@dubai4997 2 года назад
Kkkkkk
@wakogemeda
@wakogemeda 3 года назад
Baay'ee namati tola jabaadha.
@JoseyTOlana
@JoseyTOlana 3 года назад
Kabbitoo bayye dandessam itti fufi
@hawwiiioro811
@hawwiiioro811 3 года назад
Kkkkk kunii kabee dhaa ree aja.ibaaa dhugaa
Далее
Smart Sigma Kid #funny #sigma #memes
00:26
Просмотров 9 млн
SEENAA Hachalu Hundesa Fi Qabsoo Oromootaa
42:29
Просмотров 37 тыс.
diramaa afaan oromoo hirkoo
11:11
Просмотров 1,9 тыс.
Faarfannaa Adda Addaa
1:17:42
Просмотров 351 тыс.
Durbummaa Kiyyaa fi Kan Haadhakoo Fudhate
19:02
Просмотров 31 тыс.