Тёмный

🛑😭😭 uuffff caaltuun osoo ishiin meeshaa manaa guarattee baduuf deemtu hajjiin qabe yaarabbii koo😭😭😭 

Shashe Tube
Подписаться 65 тыс.
Просмотров 47 тыс.
50% 1

Опубликовано:

 

27 май 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 402   
@oromiyaoromiya7709
@oromiyaoromiya7709 Месяц назад
Anii durtuu sittii himee caltuu gafaa ramadaan kophaa kee somaa turtee sanii meshaa manaa waan ittii hajamtuu qofaa habifadhuu meshaa kaan gurguradhuu kifilii takitii hiriyotaa kee wajiin kirefadhuu ilmoo tee gudifadhuu siin jedhee turee hajiin waan sittii godhee godhee jira abdiin caltuun garii ishiin demtuu hin jiruu demtuu inumaa debitii jedhee rabbiin sii wajii haa jiratuu
@bbbbjjjj5979
@bbbbjjjj5979 Месяц назад
Gaaran murtee qabnee diina abbati jedhaan ati gaara muraadhu hajii amaalasa situ beka antedhan ararsa nama dhisi
@islaamnowhiwoote
@islaamnowhiwoote Месяц назад
Oduu bichaa akka siitaane duruu sitti himne yoo deemu barbaade utuu itti hinimin guurratehin deemtu oduu qofa sirra kaa'e
@zawuditubekele575
@zawuditubekele575 Месяц назад
Dhugaa jeette
@amiraawwal6231
@amiraawwal6231 Месяц назад
Kijiiba jaratii
@amiraawwal6231
@amiraawwal6231 Месяц назад
Itu dhuga tae sila maliif asira gadhiiftu
@Hamdiyaorotu
@Hamdiyaorotu Месяц назад
Atii malif yo dhuguman demu demte isatii malif himta usi biradem kana baqaraa uuuuff 😢😢😢😢😢😢
@islaamnowhiwoote
@islaamnowhiwoote Месяц назад
Garaa maali danda'ee biraa deema kijiba kophaasiyy biraa deemte biyya galte kan silaa biyya biraadeemte hojjate jijjiramtu deebite itti deebitee ilmoo dhalteefi amma ilmoo baatte biraa deemti yoomu isarra adda baatu asumarra gigirr jechuu male
@najatnaja1401
@najatnaja1401 Месяц назад
​@@islaamnowhiwoote dhiis hadaraa isiinis hin jaallanne waa itti godhe😢😢😢😢
@NaifKiyya
@NaifKiyya Месяц назад
Dem hadho ko kan hajji calu rabbi sif ha kenu❤❤❤❤
@kldtube3542
@kldtube3542 Месяц назад
Maashaa allaa lakkii hajjii taa.i mucayyoo tanarraa ni cubbifamtaa
@GuGu-qj4rh
@GuGu-qj4rh Месяц назад
Yaddi😢😢😢 koo
@user-ye8me7rh2s
@user-ye8me7rh2s Месяц назад
Caaltuu deemi daimaa tee guudifadhu inni atii hoojatee birii itti haa fiidufi sii jaallaa deemaa kuunii saree naadhoo jaalla deemuu maalee akaa dhiiraa hoojatee hin beekuu haajii saarree namicha 🏌‍♂️🏌‍♂️🏌‍♂️🏌‍♂️🏌‍♂️🏌‍♂️🏌‍♂️🏌‍♂️🏌‍♂️❤️‍🩹❤️‍🩹❤️‍🩹❤️‍🩹❤️‍🩹❤️‍🩹❤️‍🩹🦍🦍🦍
@netsanettube9580
@netsanettube9580 Месяц назад
Caaltuu jabadhuu siitti yeroo darbsa mana cisee hajii garuu rabbii hin sodatu atii😮
@user-gd2io9pn5k
@user-gd2io9pn5k Месяц назад
Uuuuuffffff miskiin koo rabbii sii waaliin haa ta.uu natichaa dhagaa kanaraa sii haa hiikkuu
@hinnhinn-oz4dr
@hinnhinn-oz4dr Месяц назад
Polisii ittii wamii irraa siif hafidhanii😢😢😢😢😢😢
@TiruneshTirunesh-pf2kf
@TiruneshTirunesh-pf2kf Месяц назад
Maaloo yaada rabbii ummata yemen kana fixii Ameen jedha malloo nu gubani seexana bichaa Caaaltu baqaraa
@hafsakadir7247
@hafsakadir7247 Месяц назад
Gowwaadbaa ati caaltuu bakka innii hinjirreettii guurradhuu deemi inni sitti hin dhiisuu ar
@nujumaahmed2876
@nujumaahmed2876 Месяц назад
Whey you're going to be fighting every day with each other please stay away from each others
@user-iy7ru3pb6j
@user-iy7ru3pb6j Месяц назад
Uuuuff miskina tiyya 😢😢😢😢abishir lubbuu tiyya rabbin kesa sii haa basu
@user-kq4el5ym9l
@user-kq4el5ym9l Месяц назад
Caaltu ati yaada jireenya keeti taabata maale haajjin mana booruf sii barbaadu mit ossoo nama booruuf sii barbaadu ossoo ta'ee maati isaa si barsiisaa ture
@user-ws8sf8oc6n
@user-ws8sf8oc6n Месяц назад
ilmoo waaliin qabaanii baarii
@user-vg8rm6lp4f
@user-vg8rm6lp4f Месяц назад
Abshirii rabbiin sii fanaa haa jiratuuu😢😢😢😢
@hayatah7696
@hayatah7696 Месяц назад
Caalituu nama gorisuu himmini hajii yeroo dhaf malee jirenyaa kee gutuu dha nama si ta'uu mitii atii ijjolee dha namichaa kana ofirraa dhisii deemmii yooni baleesee dhifamaa imoo rokoo hadha mana fi Abba mana rabii qofatuu bekkaa
@SaadaTube-uw6xn
@SaadaTube-uw6xn Месяц назад
Inuma kabajje abboo caltun jaabate mashaa allah abba futaa fudhama dhira tatee dubartiratti hubna ilalata demtee hin dalagatuu!!
@hdhd3240
@hdhd3240 Месяц назад
Hajii jartumaf sii hin barbaduu yeroo sitii dabarfatuf habibitii tiyyaa yeroo ketii hin taphatin biraa demii daimaa tee gudfadhuu🥰🥰🥰🥰
@ZaharZAHAR-rd7xy
@ZaharZAHAR-rd7xy Месяц назад
Worrii caltuu gorditaan dhisaa afaan kessaan kaa bilashaa wofii isiin hin dhagetuu worrii yaamaan mataa hin qabuu video qofaa dalaguu malee komenti kessaan hin dubisuu
@radiyaahusen8072
@radiyaahusen8072 Месяц назад
Rabbii si haa lafisuu inshaallahii
@SUME-HEEBO6ba6t
@SUME-HEEBO6ba6t Месяц назад
Namaa jibisisaa wolahii💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘
@user-kp6ny2xk2g
@user-kp6ny2xk2g Месяц назад
Hajii walhii an woma tokko siin jedhaa adaraa walhii dubartiin Amanadhaa bar amoo walhii rabbiin hama fedhee yoo ilmoo kenefii kaa nama gudisuu rabbidhaa walhii akkamit akkan jettaa atii dhiraa mit iccii osoon caltuu tahee walhii sit muraa woma ati ittin of dhadatuu kan intalaa durbaa irrati hadha ilmaan ketii irratii yaa majunun😢
@sakeenasakeena9862
@sakeenasakeena9862 Месяц назад
Aboo Debii motumaattii hiimaadhuu Atii silaa Waan namnii siin jedhuu hin dhaaggeessuu Atiis gowaa dhaa
@bilisumatahiro9895
@bilisumatahiro9895 Месяц назад
Rabini sii haa gargaru yaa chalttu namichi kuni siifi hinta’u
@Sinaafbaale525
@Sinaafbaale525 Месяц назад
😢😢😢😢😢😢😢Ati yeroo hundaa garaa kutadhe hajjii iraa ima jeta Xiqo yo jetu ittuma deebita🙃🥺🥺😏😏😏 Rabbi isiniif ha laafisu video you tube kee irati gadi hin dhiifatuu ati🙄🤕 E miskiina wly video you tube kee irati gadi dhiifadhu daa'imaa aananiin bitaa😢❤
@zxczxc3083
@zxczxc3083 Месяц назад
Akka inni siif hin tanee uttuu bektuu itti debitee miti silaa 😢😢😢waan ta'en sii xuqeraa Silas akkamiti biraa demtaa hidhamteta waqaayoo siraa hikuu malee maaf moo itti himtaa maal siif godha us jete hin batuu yoo itti himuu barbadee bilbiltee itti himtaa 😢😢
@martawalga9968
@martawalga9968 9 дней назад
Gafaa heeruumaata ilatani hin heeruumaatani garuu bayee nama gadisisaa dhugaa raabii😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@user-lz4si6rg7v
@user-lz4si6rg7v Месяц назад
Yaa abboo caaltuu rabbii kee soddaadhuutii RU-vid kee irraattii gadii dhifadhuu gowwittii
@HawolHawol
@HawolHawol Месяц назад
Hinsobiin wangaraa simuraachisuu ramadana qopaasomaantee itiidebitee insobdaa wanbadaa afaankenyaa inbasiinii akkafetetii wajinjiradhuu
@faxumatube5843
@faxumatube5843 Месяц назад
Dhugaa bayee garaa namaa nyatii caltuun🥺🥺
@AaAa-sz9uk
@AaAa-sz9uk Месяц назад
Lubu dhugaa ketii ok mashallaa iraa bayiii 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@seenaa1116
@seenaa1116 Месяц назад
Sirii sittii godhee caltuu hin going ishii
@Ah1Ah-om2nd
@Ah1Ah-om2nd 6 дней назад
Abashir caltu.daimaa.tee.gudifadhu.eshii hin guarani wajiin dhiraaf kabajan hin ta.uu😢😢😢😢
@SUME-HEEBO6ba6t
@SUME-HEEBO6ba6t Месяц назад
Yaa rabbii 😢
@user-ir2yh2th3c
@user-ir2yh2th3c Месяц назад
Akumaa haree wadalaa achii gagalladhuu calii hidhamatuu afanii hidhoo😢
@user-je2si2ik4r
@user-je2si2ik4r Месяц назад
Yaabo silaa rabbiin na haarakaa si busee akaan si godhuu aaaaaaawayiiii
@Fatima-pu8jl
@Fatima-pu8jl Месяц назад
Yaa obolleetii koo nama waan gaarii siif himuu hiin hiimiin caaliisii
@arafakharj558
@arafakharj558 26 дней назад
Hin sobanii dhugaa setaaa😅😅
@SumayaKhalil-pk7bw
@SumayaKhalil-pk7bw Месяц назад
Wolyyii cinqii woraa yemaan guurraa nuu dhukubsee😢😢😢
@robsanteha952
@robsanteha952 Месяц назад
Namittii balagee afaan bana hin oliin harree
@user-ne1hz4vq2s
@user-ne1hz4vq2s Месяц назад
😮😮hajii dhumaa kanaa ijan arguu jibee 😮😮😮horii atii namaa salilaq
@lesaawallaggaa9342
@lesaawallaggaa9342 Месяц назад
Silaa murtefaatee hin demtuu maaf hoojii ofitii daabaltaa caaltuu😢😢😢
@boseapplicant9417
@boseapplicant9417 Месяц назад
Maal Kun Namnii hin Yannee Rabbiin Dhiirraa Akkanaa Nurraa haa Qabuu.Demii Caaltuu hin Gubaattina Waaliin
@user-du6sl4nk8t
@user-du6sl4nk8t Месяц назад
Ati duraa samun sin dalaguu dhiraa mati ufi si dhoksuu irraa maafi dhalte gafa inni si darbe ufira ilmoon kuni gafi gudate abbaa qofa miti mati abbaa na garsisif si cinqiti ati ufi argaa hin jirtu dura akka inni si wojin jirenyaa dheraa hin barbane ini dubarti isa tesifte nyaachistu barbada hajiin maali ini duraa dubartin dubarti hin genyee ufi mana olee dubarti hojadhu na nyachisifi ilmoo daimaa irraa gadi basuu
@user-pe7xy7uf6n
@user-pe7xy7uf6n Месяц назад
Baga keetii Loonii Badii Namichuma kana dhiisii siin jenne dide Gowwaa badii
@user-gj6rc9jt9u
@user-gj6rc9jt9u Месяц назад
Hajjii tokkooffaa simatuu harkaa rukkutaaf Maal nuu naqee akka waan isaa Malee dhirii hin jiree biyyaa galtee biyyaa itti deebitee waan inni tahee osoo beeytuu nama maati ufii sii hin garsisuu jedhuu jarsaa jette biraa teeysaa
@user-kn4ru7wt4t
@user-kn4ru7wt4t Месяц назад
Cinqii uummata yeman eci achitti wal fuutanii walirraa dhalshuuf biyyaa baatanii dhiirri biyya hin jiru waan biyyaa baataniif hin beektanii namni kaayyoo malee deemamoo warra hin heerumin jirruuf maal nu barsiistuu adaraa Ani dhiira illee jibbe warri hin heerumin jirtani rabbi dhiira akkasii nurraa haa qabu Amiin 😢
@user-zc6kb7gb7n
@user-zc6kb7gb7n Месяц назад
Dhuguma isanii dhiraa wali gedii dhofufuu dhufanii karaa yamanii malee karoraaa biraa qabataniti mitii dhugaa rabi
@RaasooAbdullah
@RaasooAbdullah Месяц назад
Abshir habibtii
@zawuditubekele575
@zawuditubekele575 Месяц назад
Kkkkkkkkkkk chalatuu atuu saree dhugaa ijooleen shaawaa goottaa atii namaa mitii dhugaa
@uaeajman4945
@uaeajman4945 21 день назад
Shawaa dhai sanuu deemu in barbaanna isheenoo
@user-du6sl4nk8t
@user-du6sl4nk8t Месяц назад
Hajii ati bada harsamaa malaxaa maalii kani dubarti azabdufi gadi bate hojaate hin jirachistu dhirii arsii kana akka kee kana miti hollaa milaa ini sin dhitu sana asidin hin luqistu jazbaa kana
@manhalam4141
@manhalam4141 Месяц назад
Astaghfurulaah dhirri akka namichaa kaana inumaa hin dhalatiin hasbun!
@ghadaqaimari2519
@ghadaqaimari2519 6 дней назад
Dhugaan dhugaadha namitti tana nanjibbe saree tana
@user-lf5gs7ii2y
@user-lf5gs7ii2y Месяц назад
Polis itti wamii hajii sii ta'uu dhifamaa walin 😢😢😢
@HussainHussain-xp1og
@HussainHussain-xp1og Месяц назад
Wly gurbaan kuni dhugaa gowaa dhugaa jetee majununa
@BURTAKAL1
@BURTAKAL1 Месяц назад
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@barakqsxsw90
@barakqsxsw90 Месяц назад
Ùufff miskinaa tiyaa Amshr 😢
@khadijahhamzah3926
@khadijahhamzah3926 24 дня назад
Intalaa kan osoo ishe itti hin dahin Jala demii jedhanin dadhabani
@sakeenasakeena9862
@sakeenasakeena9862 Месяц назад
Aboo Daanta isaattii suuttaa jedhii yeroo innii manaa hin jiree baafadhuu Qodaa kee
@MakiiMakii-gn2ex
@MakiiMakii-gn2ex Месяц назад
Ajibaa 😢😢😢😢😢❌❌❌❌❌hajii saree
@Abdiioro-pi9fq
@Abdiioro-pi9fq Месяц назад
Habati kanaa walin waniti yeroo Kee gubduf hin jiruu gizen malaa laladhuu
@user-tu4bv5vk5i
@user-tu4bv5vk5i Месяц назад
😢😢😢😢😢😢
@user-bt4mr1ox1e
@user-bt4mr1ox1e Месяц назад
Abshii nidaabaarati❤❤❤❤
@birqeegudeta9281
@birqeegudeta9281 Месяц назад
Ani kan na dhibuu inni isin jedha isheen isin jetti maalii kun
@MawradiiTaHamzaa
@MawradiiTaHamzaa Месяц назад
Rabin isa ha qajelichuu walahi 😢😢😢
@user-tc3ce2sz9n
@user-tc3ce2sz9n Месяц назад
Namitii kan aboo polisa itii wamii
@sinaa1587
@sinaa1587 5 дней назад
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@aminaaaami6494
@aminaaaami6494 Месяц назад
abshiir qaaliiNaamaa ❤❤❤❤
@user-ty2ov6zd9t
@user-ty2ov6zd9t Месяц назад
❤❤❤❤❤❤
@udhush3381
@udhush3381 Месяц назад
Ana ishedhuma naa jibsise
@Obeeshekaa13
@Obeeshekaa13 Месяц назад
Atiii isumaa kanaa hinn hituuu asakaraa qabasisiii hin gowominiiii👮👮👮🥷
@MeykuriOro-oi1ok
@MeykuriOro-oi1ok 8 дней назад
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@sfoosfoo2550
@sfoosfoo2550 Месяц назад
😢😢😢😢😢
@adamashoo2427
@adamashoo2427 Месяц назад
Kan mujjiriimaa isaa ofiiraa Basii
@ramaramaa1776
@ramaramaa1776 Месяц назад
😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@user-ig4dl4cd3b
@user-ig4dl4cd3b Месяц назад
Manaa jijjiraadhu Akkaa sii biraa hin genyee biyaa seraa qabdu kessaa jirtaa😢
@sabontuuhirpo
@sabontuuhirpo Месяц назад
Yeroo ittii araramin si kenuu didee Amaa nutii iyyyiiin👈
@Nado-ln7gk
@Nado-ln7gk 22 дня назад
😭😭😭
@etobhlo4288
@etobhlo4288 Месяц назад
Umata cinqii wanuma asin battan hin dhabaddan
@meseretgizaw123
@meseretgizaw123 Месяц назад
Uufff 💔💔💔
@Tayba-mf3md
@Tayba-mf3md Месяц назад
Caaltuu Atis waa sitti godhatee natti fakkate hajjii Akkaa siif hin tanee qaataa Beynaa nuti Ati garuu isarraa fagatuu hin Dandettu isumaa dhirsaa jettee waliin jirataa Atis nama Ajaaibdaa wallahi
@user-pl7xj9km1p
@user-pl7xj9km1p Месяц назад
😭😭😭😭🤲
@user-sv5kp5sw8j
@user-sv5kp5sw8j 8 дней назад
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@eggsddbhdjc8663Oromiyaa
@eggsddbhdjc8663Oromiyaa Месяц назад
😢😢😢😢
@oromiya1620
@oromiya1620 Месяц назад
Hajji Harre woyyi caaltu irraa gadii ta'ii jamaa woyyi
@tigisthailu3786
@tigisthailu3786 Месяц назад
Police qabsisii caltuu kan namich zirii deemuu rabbii sii haa gargaruu irraa deemuu Si wayaa
@user-ye8me7rh2s
@user-ye8me7rh2s Месяц назад
Hidhatii daarbii caaltuu kanaa saaree namicha 😮😮😮😮😮😮😮😮😮
@jadeyou1453
@jadeyou1453 Месяц назад
Mashallah ❤❤❤❤💪💪💪💪💪💪💪💪💪👍👍👍👍👍👍👍🫶🫶🫶chaltu ❤❤❤❤
@user-ik6ws6yu5z
@user-ik6ws6yu5z Месяц назад
Uuuuff😭😭😭
@user-ov1qw8lh9s
@user-ov1qw8lh9s Месяц назад
Atti guyyu inuma artta malif jalla teessaa hajjiin boruf siif hin ta'u
@user-sc9hn4ww4u
@user-sc9hn4ww4u Месяц назад
😢😢😢
@misraatollaa9151
@misraatollaa9151 Месяц назад
Guraban kun faya qaba sanu milan dhita abbo rabbii mila kee sii haqabu wan addaba fi kabaja hin qabane calatu hin balesitee oso huddaa fatee mana bana dhiftee bira demete dukanayan dukanati hasenu😢😢😢 abishi midhamani rabbii qaba atii wani balesite hin qabadu yero huddaa siti tabata jira malee fayida hin qabu ijolumatu iti jira jechufi hagana gayaa kani harree dido fakatuu
@user-gh5ie6sp1d
@user-gh5ie6sp1d Месяц назад
Folisii,qasisii
@Distou-fm4bj
@Distou-fm4bj Месяц назад
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@sadukamuu9404
@sadukamuu9404 Месяц назад
Abishirii 😭 adunyanii akanumaa
@Yaahalima-xh8sx
@Yaahalima-xh8sx 7 дней назад
Aboo caalatuu naa kolotitaa bayyee si jaladhaa
@Roza2-m2u
@Roza2-m2u 3 дня назад
Dhugaadhaf bayee Nama harsaa
@ChaltuDolba
@ChaltuDolba 25 дней назад
❤❤❤❤❤❤❤❤
@UmairKhan-bp5wo
@UmairKhan-bp5wo Месяц назад
Maali warra irraa dhalate hin qabddumo
@AAlanzi-hh5jj
@AAlanzi-hh5jj 9 дней назад
Hawin koo janat
@mekoaman-rg8jt
@mekoaman-rg8jt Месяц назад
Abshiri. Hay atiii😢😢😢😢😢
@SUME-HEEBO6ba6t
@SUME-HEEBO6ba6t Месяц назад
Hajjii kabajaa horadhuu
@user-wf8hg7dn3g
@user-wf8hg7dn3g Месяц назад
Atii silaa video kan kee irraatii hin gadhifatuu mucaakeef waa bitaa
Далее
Et toi ? Joue-la comme Pavard ! 🤪#shorts
00:11
Просмотров 2,7 млн
Episode 11 | Village Wife | Penton Keah
14:14
Просмотров 407 тыс.