Тёмный

Filmii Afaan Oromoo haarawa SARDAMA~2024 { New full Ethiopian afaan Oromo film`Sardama~2024} 

Caayaa Tube
Подписаться 42 тыс.
Просмотров 136 тыс.
50% 1

#filmii #afaan_oromoo haarawa #SARDAMA. #new #ethiopian #afaan_oromoo #muvie Sardama.
Filmii afaan Oromoo industry filmii Adunyaa keeysa galchuuf qabsoon gaggeeysaa jirru Ol-aanaadha.
Hojiin kun akka milkaahuuf Namootaafii dhaabbiileen nu waliin hojjachuudhaaf fadhii qabdan nu qunnamuu ni dandeeysan.
Teeysoon teenya magaalaa Dirree Dhawaa
L.k.bil. +251935763570
Dabalataan hojii keenyarratti qeeqaas tahee komii yoo qabaattan ni simanna.
Chinalii keenya #Subscriber #Share #Like godhuudhaan nu jajjabeeysaa.
Waan daawwattaniif galatoomaa.

Опубликовано:

 

15 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 475   
@TofiqYusuf-n7f
@TofiqYusuf-n7f Месяц назад
WOW Dawwadheen quufuu dadhabe yaroo meeqan irra deddeebise ammallee hin quufne hin quufus maali diraamaan Akkanatti bareedu hunda caalaa kan nagammachiisu afaan oromoo tahuu isiiti dhugaa rabbii ni dandeyisan daran fuula duratti ejjadhaa isin faana jirra hanguma arra duraatuu dandeeyitii kanaan taa,uun badiidha❤❤❤❤kun yaada dhuunfaa ykn yaada kiyya ❤❤❤❤
@caayaatube3570
@caayaatube3570 Месяц назад
@@TofiqYusuf-n7f Tole nama koo! Yaada keetiif guddaa galatoomi🙏
@Ikraam259
@Ikraam259 Месяц назад
Hedduu namati tola galatooma
@caayaatube3570
@caayaatube3570 29 дней назад
@@Ikraam259 Atilleen hojii keenya daawwattee yaada nuuf kennuu keetiif hedduu Galatoomi🙏
@jadidtube1
@jadidtube1 Месяц назад
🎊 Wao Dhuga Huji Akkaan Bareduu Jabadha ❤❤🎉
@YNAOROTUBE
@YNAOROTUBE Месяц назад
Sardamni nama meqaa onnee issa sardee
@GadaaFamily
@GadaaFamily Месяц назад
Siitu keessa dhabame malee Y
@mehirshow9975
@mehirshow9975 Месяц назад
Guys you are deserve to win award 2024 the best film afan oromo! And I have to saying one of the best I liked when I watched please I give my advice this kind of film we need please please continue don’t stop it
@caayaatube3570
@caayaatube3570 Месяц назад
Abshir bro 🙏
@mehirshow9975
@mehirshow9975 Месяц назад
Jabadhaa
@Daahirxashi
@Daahirxashi Месяц назад
Welecom baga ngy dhuftan isin jena jalala afaan oromodhaf qabna mashaa Allaaha Mashaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@iccitiifayyaa8018
@iccitiifayyaa8018 Месяц назад
Welcome hojii boonsaa hojjattan Jabaadhaa jenneerra Garuu nadhiifi mesin carraan walfuudhuu isaanii filannoon baayyeen osoo jiru akkana tahuun hamilee nu cabse Tahus xiyyeeffannaan keessan ergaa diraamichaan dabarsuu barbaaddan irratti waan haheef galatoomaa isiniin jenna
@Amiiraa__Jalalaa25
@Amiiraa__Jalalaa25 Месяц назад
Wowwww Hojii Bareeda Ajaa'ibatin Dhuftan Filmi Afaan oromoo Nember 1💯👌🏾🥰🥰🥰🥰
@jalatatube9019M5
@jalatatube9019M5 Месяц назад
Bayee baredadha hala yarootin walqabatee fillimni baroomsaa bayyee of keessati hamatee jiraa Jabadha❤
@ZasaszGĤàfiźeeMøhámmád3Ň3
@ZasaszGĤàfiźeeMøhámmád3Ň3 Месяц назад
Maashaallh ijara hafii my King Jabadhu ❤❤❤❤
@yaanuyii7592
@yaanuyii7592 Месяц назад
Baga Nagayaan Dhuftan Hawii Yeroo Dheeraa Boodaa ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@ArariiUmer
@ArariiUmer Месяц назад
❤❤❤❤ waan baareedadhaa hojattan jaabadhaa
@ummueymaantube4852
@ummueymaantube4852 Месяц назад
Wwooww Hedduu bareedadha jalqabbiin isaa Hedduu namati tolaa boda itti debi'ee dawadha Galatoma film Afaan oroomo erga dhabatee turee jiraa baga nuf debbitan ❤❤❤❤❤❤ Hamileen egaa turee ❤Welcome ❤
@user-bw5tm2th1h
@user-bw5tm2th1h Месяц назад
Era koottaa laalaa filmii bareedaa khana jajjabaadhaa isin joollee teenya
@NasirMohammed-uk4kq
@NasirMohammed-uk4kq Месяц назад
🙏👍💝WOW heddu hedduu bareeda filmii Afaan oromoo sadarkaa isaa egaate wan hundaan 💯 jabaadha. fulduraafis wan heddu isinirraa eyna🫶 TEAM MURAD🫶. jabaadhu Bro kiyya ♥️♥️♥️♥️!!!!
@Abdusse_Tube
@Abdusse_Tube Месяц назад
Welcome to qaaliiwwan ko ❤❤ Anii laalu jalqabee
@TAWAKKALTU283
@TAWAKKALTU283 Месяц назад
Masha Allah baayyee takka namatti tola oromo addunyaa barsiisutti jirtan jabaadhaa itti fufaa of duuba hinjedhinaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💯💯💯💯💯💯💯💪💪💪💪💪👍👍👍👍👍👍🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@Husseen12Muhaammad
@Husseen12Muhaammad Месяц назад
Baga nagaan dhuftan Kuni jalqaba fuul duraaf kana caalatu isinirraa eeggama Aadaa duudhaa hawaasa keenyaa fi haala jireenya uummata keenyaa karaa kanaan nu daawwachiisuu keessaniif galatoomaa❤❤
@GadaaFamily
@GadaaFamily Месяц назад
Wallaahi imimmaan qabachuu dadhabe Yeroo Nadhiin "mesiiiiiiiiiiiiii" je'ee booyu. Akka malee natti tole. Irra daddeebi'ee laaluus quufuun dadhabe. Jabaadhaa nuboonsitanii jirtan. Jabaadhhaa itti fufaa
@_farhanVLOGS
@_farhanVLOGS Месяц назад
Hedduu baredadha movie jabadha ❤️‍🔥👏
@HikmaJemal-cv4wu
@HikmaJemal-cv4wu Месяц назад
Jabadha ❤❤❤
@nuredinali2668
@nuredinali2668 Месяц назад
Wallaay nan booye, haa ta'u
@AbdiiMahamad-ch4gn
@AbdiiMahamad-ch4gn Месяц назад
Felmi saradamaa yeeroo dherafaa egaa turee gaaruu arraa naf dhufee osoo dalagaa akkaan dalaguu beetani iftii hin tayinaa isin cinaa jirraa jabadhaa ittii fufaa arati afan oromoo fulduratii ofaa❤❤❤🎉🎉
@saaladdiinidiris9916
@saaladdiinidiris9916 Месяц назад
One of the best movies I've ever seen Thank you All of costs And directors Of this movie Love it A lot 👏👏👏🙏❤️
@Laliseelalish
@Laliseelalish Месяц назад
Uuuuuuuuuuuuuuuffffffffff anii quufuun dadhabee immimanifuu akkam namatii tolaa hojii baredaa jabadhaa ittii fufaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@OroOro-b9t
@OroOro-b9t Месяц назад
Wwww Bayyee Das Nama Ja'a Jabadhaa Isini Wajjin Jiraa ❤❤❤❤❤❤❤❤
@Gazi896
@Gazi896 Месяц назад
Well come qimamoota Dirraa❤garuu Drama baadiyatti hojjattan san maalif gad dhiisuu dhabdan
@Sina.no0r
@Sina.no0r Месяц назад
Ooh Amazing film Afaan Oromoo #SARDAMA❤❤
@Bushramsalis
@Bushramsalis Месяц назад
namatti toltu jabaadhaa ! kana caalaa fuldurattis isiin eegna ❤❤❤❤
@SamiirStudio
@SamiirStudio Месяц назад
Good job film hedu taka bareda dha jabadha isin janaa amale isin dubaa jiraa
@KdKs-ke6sj
@KdKs-ke6sj Месяц назад
Jadhaa itii fifaa amalee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@nasimaaahamad8680
@nasimaaahamad8680 Месяц назад
Filmii akkana bareedu argee hin beeku nuuf jiraadha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Firoimad1
@Firoimad1 Месяц назад
Galatoomi 🎉
@SartuAhmed-d4q
@SartuAhmed-d4q Месяц назад
Wow heduu natii tolee walhii waa heduu tokoo iraa baradhee jabadhaa 🙏🙏🙏🙏
@HakimAhmed-no6fc
@HakimAhmed-no6fc Месяц назад
👏👏👏Woww jabadhaa “Self-belief and hard work will always earn you success.” Wishing you nothing but the best in everything you do.
@yaanuyii7592
@yaanuyii7592 Месяц назад
Ana Dhufuu Baga Gammanne At. Murad Mohammad fi Wahiillaan Hojii Isaa Hundii Kessaanu Alla Magaan ⚠️⚠️⚠️🙏💓💓💓👍👍👍 Congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
@gada5tube933
@gada5tube933 Месяц назад
Jabadha filmi ajibaa hojaatanii!
@milkiihusen
@milkiihusen Месяц назад
Hedduu bareeda itti jabaadhaa ❤❤❤ Maqaa taatoo "Nadhiin" ykn Firoomsaa heddun jaaladha nama qaaman beeku heddun Isa dinqisiifadha gurraacha kiyyaa naaf jiraadhu
@SamiirFadiis
@SamiirFadiis Месяц назад
Waw mashallh boromsa bareda qabaa dhuga🎉 jabadha ❤❤ Amazing
@omerosmen-bt9nw
@omerosmen-bt9nw Месяц назад
Really very very very top top Beautiful movie with a strong message from a lot of beautiful things they really did it right keep up the good work and we will keep it quiet 💪👍
@caayaatube3570
@caayaatube3570 Месяц назад
@@omerosmen-bt9nw Thanks my dear 🙏
@AbdishoEbro
@AbdishoEbro Месяц назад
Best ummanni asirratti daawwadha. Serdama
@Husseentubeoffical
@Husseentubeoffical Месяц назад
Wow hedduu jabaadhaa ❤
@obsaziyado2803
@obsaziyado2803 6 дней назад
❤❤❤❤ film baredadha❤❤❤❤❤
@Abdusse_Tube
@Abdusse_Tube Месяц назад
Filmii qofaa Osoo hin taane komedi Ajaa'ibaa uf kessaa qabaa Muraad hedduu tkakka namaa bohaarsa hay iskiribtii isaa ilmaan oromo to heddu dandeettu dhugaa rabbii
@user-ut9pl9dy7h
@user-ut9pl9dy7h Месяц назад
Wow baayyee Namatti tola wallahi jabaadhaa maalooo
@khabyethiopia
@khabyethiopia 6 дней назад
Wow so cute 🥰🥰🥰🥰🥰
@sozitmahmad157
@sozitmahmad157 28 дней назад
Garee chayaa -location manager zakiiiiii best walahi
@user-ut9pl9dy7h
@user-ut9pl9dy7h Месяц назад
Jabaadha itti fufa sin faana jirraaa ❤❤❤❤❤❤❤
@kedirmelkamuabdisa1351
@kedirmelkamuabdisa1351 Месяц назад
Gaariidha garuu, Bakka takka takkatti waldhiita Hundaafuu jabaadhaa.
@sudeysijemal
@sudeysijemal Месяц назад
Jabadha dirama faan oromo kan babalise isinuma
@Amiirshow
@Amiirshow Месяц назад
Jabbadha❤heedu. Takka. Namati. Tola🎉🎉🎉🎉
@user-to5wk6qs3q
@user-to5wk6qs3q Месяц назад
❤❤❤🎉🎉🎉Anaa dhufuu
@WoliidAbdallaa
@WoliidAbdallaa Месяц назад
wao dhugaa hojii akkaan bareedu jabadhaa
@umaahafiz
@umaahafiz Месяц назад
Wow jabadhaa ❤❤❤❤
@BashatuShamshul
@BashatuShamshul Месяц назад
Uuuuuuuuuff anaa qofaa moo oroo too garan na badee maloo😢😢
@chalamahammad2021
@chalamahammad2021 Месяц назад
Hojjii addattii dhugaa
@TajirShow
@TajirShow Месяц назад
Wow hojii gaariidha ❤ Galatoomaa, jabaadhaa isiniin jechuun barbaada!
@galmakayyootube2523
@galmakayyootube2523 Месяц назад
Hooji bayyee bareedu garuu Osoo kuta kuta gootan Bakka 4 adda gootan gaari views dhaf akkasuma gagababsuuf jattani xiqoo Bakka mimidhaguu waan mumulatan fakkata hundaafu jabaadha.
@AbdulfetahAliyi
@AbdulfetahAliyi Месяц назад
Akkana jabadha filmi aja'ibati dhuga ❤
@Naifeeshow
@Naifeeshow Месяц назад
Wow good job dawwadheen qufumahuu dadhabee❤❤❤❤
@user-od9cf6qd2t
@user-od9cf6qd2t Месяц назад
Wlh filama afan oromo n 1 jabada
@AdugnaFikru
@AdugnaFikru 2 дня назад
Jabaadhaa Saba koo bareedaa dha!!!!
@kadirahmad5446
@kadirahmad5446 Месяц назад
Mee maalumaan isiniif godha 😢
@SaalaIdiris
@SaalaIdiris Месяц назад
Jabadhaa wally hedduu bareedaadha❤❤❤❤
@ObsaAbdi-h8f
@ObsaAbdi-h8f Месяц назад
Jabadhan
@milkiientertainment8555
@milkiientertainment8555 Месяц назад
Filmii barumsa guddaa qabu hojjattan. Jabaadhaa jenna.
@tydg9853
@tydg9853 Месяц назад
Wallaahi filmii ajaa'ibaati hedduu namatti tola jabaadhaa❤️🥰
@cboy143
@cboy143 Месяц назад
My sonsa jaalala family Ni dandeysani joollee biyyaa hedduun isinirraa gammade jabaadha fuul duratti nuf dema 💪🥰🙌👌👏👏💯
@MEGERSA-15
@MEGERSA-15 Месяц назад
Hangaa har'a eeysa turtan Waa hundaafu jabadha
@MEGERSA-15
@MEGERSA-15 Месяц назад
❤❤
@GGGGGG-ij8ln
@GGGGGG-ij8ln Месяц назад
Muraad kana malee nama artii tana fuul-duratti oofu hin jiruu jabeefadhaa oromoo
@gammechualiyi9593
@gammechualiyi9593 Месяц назад
waw heddu tole garu jabaadha itti fuufa
@FayizaMahammed-gg8gn
@FayizaMahammed-gg8gn Месяц назад
Jabadha❤❤❤❤❤❤❤❤ hedu namati tolaa
@Ayanhusen-ev6ls
@Ayanhusen-ev6ls 19 дней назад
Maliif akkasitti xumurama kan marachu qabu robadha ture isan laman ammo jirenya baredatu maln ture akkasitti xumuramun isa nigadisise.kan bira ammo yero 1 walarkanituma jalalan qabamani?yero wajji dabarn oso hin fidin yadanno qofatu mullate.diraman hojatame bareda ture hanqina jiru siressati jajjabadha janna 😊😊😊
@usmanmohammed9874
@usmanmohammed9874 Месяц назад
Jabaadhaa heeddu takka namatti tolaa ummata keenya kan filmiin habaashaa ijaafi gurra dhoorke gara filmii afaan oromootti as deebisaa ammalle cimaa itti fufaa tokkumaa daleeydanii karatti hin dhaabinaa jabaadhaa.❤❤
@AshetuNegasa
@AshetuNegasa Месяц назад
INDUSTRY FILM OROMOO KEESSATTI QOODI KEESSAN GUDDAADHA. AMMALLEEN JABAADHAA. YOO WAAQNI JEDHE ISKIRIIPTII FIILMII GARA GARAA SINIIF QOODUN MALA. GO AHEAD GUYS...... INDUSTRY FIILMII KEENYAA AKKA ADDUNYAAN DORGOMU HAWWII KOOTI ,JABAADHAA❤❤❤❤❤🎉
@asmaaabdii1348
@asmaaabdii1348 Месяц назад
Wow wow jabaadha 🎉🎉🎉🎉🎉
@ahmeddino8548
@ahmeddino8548 Месяц назад
Jabadha biro kiyyaa 🎉🎉🎉🎉
@dusuryacubdusuryacub9578
@dusuryacubdusuryacub9578 25 дней назад
I understand both things 1,Respects of Oromo friends 2, Loving each other
@AbduselamMuktar-p8i
@AbduselamMuktar-p8i Месяц назад
Baga nagaan dhuftan jabaadhaa
@hamzaxahaofficial9136
@hamzaxahaofficial9136 Месяц назад
Owwww what the type of film it is full of feeling................😢 Oromo first Thanks all of you , you are the best . 😊
@MahammadkamalIsaqee
@MahammadkamalIsaqee Месяц назад
Woo drama baredaa Bay,ee nama toluu ❤
@Saalleeking
@Saalleeking Месяц назад
Warrii sharmarkee Adam yadan bi like ❤
@susubareduasebot1489
@susubareduasebot1489 Месяц назад
Omg Walhi oson itti hin yadinin imiman ija tora harcae yae dhumara 😢filmi ajaibati Walhi oromon dawatu qabdi bayinan filmi kana hamiles walif tahun dirqama lamumati 👏👏👏jabadha itti fufa haluma kanan kun wan barumsa heddu of kessa qabudha 👍👍👍👍
@HassanRaan-yx1cw
@HassanRaan-yx1cw Месяц назад
Waaaaaaw waaaaaaw jabadha ha iti fufuga
@sabaatol
@sabaatol Месяц назад
Hojii addattin gad dhuftani jabaadha 👌👏👏👏ni dandessan oromo tiyya gara fuulduraatti
@JaletaJaleta
@JaletaJaleta Месяц назад
Jabadhaa bayee ❤❤❤❤❤
@susiyeegursum2799
@susiyeegursum2799 Месяц назад
Jabdhaa nufuu bayisaa hin qufamuu❤😢😢😢😢😢😢
@FalmataaXaaha
@FalmataaXaaha Месяц назад
Wwww jabadha das jaa
@nasimaaahamad8680
@nasimaaahamad8680 Месяц назад
Nuf jabadha ❤❤❤❤❤❤
@Meyraa-xd1vc
@Meyraa-xd1vc Месяц назад
Wow jabadhaa
@urjiioromia5833
@urjiioromia5833 Месяц назад
Amma jalqabdan hojii bareeda kara bahaa biiftuuran !! Garuu obbo Magarsaan kuni waan itti kennamee sirriitti tolche hojjata . Hundi keessan sirriitti hojjatanii jirtan jabaadha ❤
@ABUKIHARAR
@ABUKIHARAR Месяц назад
Kabajamo wan garri dalayde dhuga jabadhu adeeroo
@EdrisAbdellaAbdella
@EdrisAbdellaAbdella Месяц назад
Jabaadha gaaruu itti fufaa akkumaa woraa kanii waa'ee jalaala qofaa laqaa hin olliinnaa boo
@user-ze3kf3ih7w
@user-ze3kf3ih7w 2 дня назад
Waw mashaa allah Pleas paartii itti annuu
@LenchoAbdela-r5z
@LenchoAbdela-r5z 12 часов назад
Garriidha jabadha
@Fetene.kasahun
@Fetene.kasahun 2 дня назад
Galaatoomaa sabaa koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@caayaatube3570
@caayaatube3570 День назад
@@Fetene.kasahun Galatoomi atilleen🙏
@leylaabrahim6776
@leylaabrahim6776 Месяц назад
Wow good job
@user-rw5ew7kx3o
@user-rw5ew7kx3o Месяц назад
Wwww dirama baredudha garuu dhumara bayyee na gadisise jabadha hujii gariidha ❤❤❤
@Riyutube-e2u
@Riyutube-e2u Месяц назад
Jabadhaaa❤❤❤❤
@Abduramannaajii
@Abduramannaajii Месяц назад
Baga naan dhuftaan hawii takkaan isin eegaa turree heedduu nama gamachiisa itti fuufaa isiniin jannaa
@SeifudinJawar
@SeifudinJawar 2 дня назад
Nuuf jiradha yaa arti oromoo
@BashatuShamshul
@BashatuShamshul Месяц назад
Heduu baredadhaa itii fufaa 🎉🎉🎉🎉
@RamadanYusuf-ih5ey
@RamadanYusuf-ih5ey Месяц назад
Isiin jaalana ❤
Далее
Pure Comedy #ti13
00:38
Просмотров 194 тыс.
Раскрыла секрет дочки!
00:37
Просмотров 341 тыс.
Qaama Saalaa Dhungachuu? - Dhaddacha Jaalalaa 28
27:40
Просмотров 100 тыс.
#No jalo juice & orofun#halaaliin Bashaashaa
3:25
Просмотров 6 тыс.
Galataa Labuu Wallee Cidha Firoomsaa fi Siifan
8:55
Просмотров 51 тыс.
Pure Comedy #ti13
00:38
Просмотров 194 тыс.