Mashaa alhaa dastu mali dhira male dhala intarview nuf godha ga dubarti hiriya oboleyani ta biya adda adda jirtu fi ta cairo jirtu nuf afeera ok dastuye isini jallanna by ❤❤❤❤❤
Dhugaa! Ani hordofaa keessan kan yeroo hundaati. Sagantaan teessan takkaa na dabree hin beeku, Qophiin isin dhiheessitan gorsaaf qoosaa if keessaa qabdi. Haaluma amma itti jirtan kanaan itti nuuf fufaa.