Gaafa tokko namni narraa dhukkubsatee mana haakimaa geesse. namni kun hedduu dhukkubsate. dhukkubni irraa deemuu didee hedduu irra ture. namni narraa dhukkubsachuun kun hamilee na cabse. hedduu na gaddisiise. Diliin tiyya maali? Maaliif Rabbiin kiyya akkanatti na cinqa. Maaliif rakkoon na darara jedhee of gaafachuu eegale.
Viidiyoo kana sheer godhuu hin irraanfatinaa!
4 янв 2023