Тёмный

Gaaffif Deebii MME Dr Abiy Waliin Kutaa 2ffaa, Qaanqee Show (Habtamu Lamu) 

Подписаться
Просмотров 375 тыс.
% 7 863

Gaaffif Deebii MME Dr Abiy Waliin Kutaa 2ffaa, Qaanqee Show (Habtamu Lamu)

Развлечения

Опубликовано:

 

25 окт 2018

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 382   
@abdullaghafi7025
@abdullaghafi7025 6 лет назад
Wawuu abeyi akami nanati tola bayee bayee dasi nama jedhe nuu juradhu dhugaa kete bayee sii jalana ❤️💚 💚💚 💚💚 💚 I
@fatmaomar4170
@fatmaomar4170 6 лет назад
wowowowowo baayee namatti tolaa. nuf jiraadha waan ofii waan koo. ija hamtun isin hin argiin.Dr Abiyii umurii nuf dheeradhu. si jalaana.😍😍😍😍😍😍😍😍😘😘😘😘😘😘😘💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💖💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💋💋💋💋💋💋💋💋💋👈👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪👍👍👍👍👌
@kkkkkk1066
@kkkkkk1066 6 лет назад
Jalalladha lammiiko gaffi debii bayyee nama jajjabesaa jedheni yaaddaa feedha rabbin in shaallaa
@عبداللهبوعبدالله
@عبداللهبوعبدالله Месяц назад
✝️Umurii Dheradhuu Jiradhuu Gotaa Abaa Biyaa❤️❤️❤️❤️❤️🙏
@buurbuur542
@buurbuur542 5 лет назад
Duugdaa yaalicaa sebera yaaroo deman adwey tauu eskan jacuktin natey tole erty barteta jabaduu yalicaa nutey sewslin jeraa yamotikoo👍👍💕💕💕💝💝💝💝
@A.U1500m
@A.U1500m 6 лет назад
I appreciate u Habtamu :) JABAADHU!! show kee kana Guddisuuf Yaali. ..waan si gargaarru Yoo jiraate si bukkee jirra.
@rukeyamustafa5768
@rukeyamustafa5768 6 лет назад
wowo👍
@KadijaHassen-pj6vv
@KadijaHassen-pj6vv 11 месяцев назад
Rabbi wli halts nhkanu❤❤❤🎉❤❤❤
@hajjiigaalaasaa5856
@hajjiigaalaasaa5856 6 лет назад
dhugaa rabbii gaaffii fi deebii baay'ee nama boonsuu fi seenaafis ol kaayamuu qabuudha.ulfaadhu Habtaamuu.
@sqwaryath2842
@sqwaryath2842 5 лет назад
Galatoomi baa y eee sigalateefana
@owoowo9761
@owoowo9761 4 года назад
Honestly believe or not Abiy is smart guy we all Ethiopians should follow him!!
@MuraadMahamad-ot1wq
@MuraadMahamad-ot1wq Год назад
1
@taibabb1992
@taibabb1992 6 лет назад
😍😍😍😍😍dhugaa keetti leenca nama yaa Dr jalaala💖💖💖💖💞💞💞💚💚💚❤❤❤❤💚💓💓💘💘💘💘💘💘🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌹🌹🌹
@selams6643
@selams6643 6 лет назад
Thank for the journalist .... u are building sebe kegnaa
@NashNash-te5lm
@NashNash-te5lm 5 лет назад
Ruta Ruta baye namati tola
@derartuderartu5648
@derartuderartu5648 6 лет назад
kuni badhaasa rabbiti kun💚❤💚❤💙💪 attisi jabadhuu qopin kee garidhaa👍tokumaa Oromo
@ZalikaaBashir-v2u
@ZalikaaBashir-v2u Месяц назад
Lakki
@meriyememewaeawawa4814
@meriyememewaeawawa4814 6 лет назад
Dhuugaa jeetee Dr keenyaa atii ilmaa Dhuugaatti Namanii keenyaa hin dhaaghew Siirbuu nuuha gaahee Hoojii irrttii miirkanhew wayaa
@birhanubirhanu4107
@birhanubirhanu4107 6 лет назад
Habtee baay'ee bareedaa dha. Jabaadhu! takka takka immoo xinxali. Ishee Habteee
@imaninspire7766
@imaninspire7766 3 года назад
Waggaa 2 dura dr abiyot gargaaruun haalaal ture amma garuu isa gargaaruun haaraami Yaa RABBI. Urjii biyya kanaa goota San hidhaa baasi rakkoo kana keessa nu baasi
@tiyab1168
@tiyab1168 6 лет назад
God be with you my King😘😘 kake show please work on strengthening QEROO. If we are united and work for one goal, no one can stop us. Viva Dr.abiy, Dr.Lamma, ODP & Jawe should represent the Oromo and the rest let's stand with them.
@alemmwlisabedada7554
@alemmwlisabedada7554 6 лет назад
uuuuuuffeeeeeeeeeee nuuf jiraadha Dr/Abyi waaqayyoo maqaan isaa haa ulfatu isa isiin nuuf kenne
@latabayissa1945
@latabayissa1945 5 лет назад
"Wanti olkaa'an hin badu!" jette jaartiin durbummaan duutee! jedhan. #ODP keep it up!!
@amantinkiyyaalubbuukiyyaao8696
Dhugaa dhuma jedhe br Abiyyi yaada bareda umuri dheraa waaqayyoo sifaa keennu QAANQEE SHO GALATOMA HAALUMA KANAN ITI FUUFA
@jewarebh4284
@jewarebh4284 5 лет назад
🌷🌱⚘
@mohammedajdal6430
@mohammedajdal6430 6 лет назад
Baay'ee Namati tolaa😙😙😙😙😙😙❤❤❤❤❤👍🌹🌹🌹👏👏👏👏
@fitaljambo7950
@fitaljambo7950 4 года назад
Dhuugaa rabbii nuuf jiraadhu leencaa keenya waqni gufuu jalaa siiyaa baasu kan aangoodha burjaj'uu inaaftuu jalaa siyaa baasu tokkicha ilma aafrikaa
@buurbuur542
@buurbuur542 5 лет назад
Duugdaaa orommon serbuu maley hojaty bdaa hejaltuu walqexuu hfuu wall arbsuu walxeqesuu kun hafuu qaabaa dr jaalala💪💪💪💪💝💝💝💝💝💚💚💚💚💚💚🌿
@kulenigobena3284
@kulenigobena3284 6 лет назад
Obbo Habtaamuu ! Dandeetti waa uumuu qabdurra kan nama gammachiisu dubbii ijoo MUUMMEE MINISTEERA keenya yeroo addaa addaa dubbatan namoota yaadachiisuun kee dansaadha/gaariidha. Jabaadhu !! Hojii gaarii kana ittifufin jedha.
@حليمهإثيوبيا-ع6خ
Kuleni Gobena
@abad4244
@abad4244 5 лет назад
Hyii
@elenioromooeleni3282
@elenioromooeleni3282 5 лет назад
Wawww j
@qadisefufa5432
@qadisefufa5432 5 лет назад
Raabbii Ummuurii kee haa dhereess jabaadhaa 💘💘💝💝💝💝💝💞💞💞💞💕💕💕💔💔💔👍👍👍👍👍👍
@asheeadii1927
@asheeadii1927 6 лет назад
😍😍😍😍😍💓💓💓💓💕💕💕💕💕💕💐💐💐💐Wagaa kumaa mo'iii Dr Abiy
@nourijemaa5245
@nourijemaa5245 6 лет назад
I love you Dokter Abye 👌👌 😍😘 😘
@FatimaFatima-us1ih
@FatimaFatima-us1ih 5 лет назад
Wowow Baay'ee namatii toolee Galatoomii Habtee 💚💛❤
@halimathalimat7524
@halimathalimat7524 6 лет назад
waqayyoo bukkeekee haa dhaabbatu. waqayyoo daanda'aadha. innii ijoollee isaa hin gatu.
@najmanajmaahossain76
@najmanajmaahossain76 5 лет назад
❤❤❤oromoo koo❤❤hin dhagayiin❤jabadhuu kaan siindhageenyee❤wan dhugaa tokko pilees wayee muslimumaa saan muslimumatuu xiyeefatee😢nufuuraa
@jannahmeskale6040
@jannahmeskale6040 4 года назад
Gafii kunii dhugadhamoo garuuu. Mo qinibiriidha.
@etiopiahagareefiiqiiriishj8123
dhugaa Namatii Tolaa Dhugaa Galatomii Aboo😍😍😍😘😘😘😘😘🙇🙏👏👏👏☝👌💪💪💪💪❤❤❤❤
@siifanharmeekoo665
@siifanharmeekoo665 6 лет назад
Dhugaa qophii akkanaa itti jabaadhu baay'ee gaaridha
@ShibiruDereje
@ShibiruDereje 4 месяца назад
"Abbaa tuffaatan ilmoo jalatti rukkuttu "jedhama mitire..1 haa taanu maaloo!!!!
@abdikasaye3353
@abdikasaye3353 3 года назад
Jabadhu qaxalee dhiraa Habte ❤️
@haleemajamal1511
@haleemajamal1511 6 лет назад
Rabbi iffati isini haa bassu insha'Allah
@oromiyaabiyyagootarttrr899
@oromiyaabiyyagootarttrr899 6 лет назад
jabaadhaa Ammallee kanaaa ol mooo i beeki umrii dheeradhu ijoo keenna rabbiille sihaa gargaaru
@mmdhunnn1801
@mmdhunnn1801 5 лет назад
Bayee bareedaa Dr Abayi
@seenaawakejirawary5999
@seenaawakejirawary5999 6 лет назад
Good job God bless Oromiyaa ❤❤❤💚💚❤❤❤👌👍💋
@islamumaajiruukotiiislamum8001
Issinitii haa toluu hedduu namatii tolaa dr Abiyyii kenyaa umrii nufii dheradhuu inshaa allhaa hedduu sihi jalanaaaa
@seenaageetaachoo3283
@seenaageetaachoo3283 5 лет назад
Uufff doctor keenya nuuf jiraadhu ilma abbaa gadaa
@sabboontuuwaleewalisoo7548
@sabboontuuwaleewalisoo7548 6 лет назад
Wooow gootaa kenyaa nuuf jiraadhu Dr Abiyi
@taddelchbirhanu4939
@taddelchbirhanu4939 5 лет назад
Yadaa kenitannif bay'ee galatomaa namatti tolaa garuu annii wantotaa naannoo adda addaa kessaa yu naannoo badiyyaa muddachaa jiru oddoffannon gara garaati irraa yemuun illaalluu bay'ee bay'ee naa gadisisaa Kanaafuu yadduu fii dubachuu mallee wantaa hojjatamee fii hojjii irraa olee tokkoo hin arginee
@falmattuudinaaobsiriqichaj1579
wayi qaliwwa koo heddu namati tola .qaliwwan too sanyii gota.jabadha.
@سراجعبدالرزاق-ه1س
thank you Habtamu
@girmagudissa7978
@girmagudissa7978 6 лет назад
Excellent advise from our PM Dr. Abyi Ahimed to our very wise Oromo People and Thank you Habtamu Lamu!!!
@muhamaadbest7482
@muhamaadbest7482 3 года назад
Sobee nuu senee dinii
@caaltuufiraol.5603
@caaltuufiraol.5603 6 лет назад
Bay'een bay'een namati tolaa.Galatoomii Habitee😍😍💞💞
@hawwisijalaana2448
@hawwisijalaana2448 5 лет назад
Nuf jiradhu abyii Kenya
@hawwisijalaana2448
@hawwisijalaana2448 5 лет назад
Uuuuuuuuuu uuuuuuu nuf muldhadhu kabajama fi jalatama abyii kenyaa lencaa agaroo
@alemyadetayadessa8790
@alemyadetayadessa8790 4 года назад
Wow😍😍😍😍💪💪💪💪💪💪🇾🇪🇪🇹
@samabaghdad6599
@samabaghdad6599 6 лет назад
Abiiiyee Leeeccaa kenya 💪💪💪👍👍💔💓💓💔
@zahramashaaallaahzahramash2794
kkkkk ajibaa wallahii bayee namatii tolaa jabadhuu 👍👍👌👈
@qadisefufa5432
@qadisefufa5432 5 лет назад
waqaayyoo baraa fi jireenyaa keessani haa ebbisuu ebbifamaa galatoomaa
@hayattajuu1241
@hayattajuu1241 5 лет назад
Dhauga dhaa nufii jiradhaa😊😊😊😊😍😍😍😍😍😍👍👍👍👍👍
@sittiitollaan7687
@sittiitollaan7687 3 года назад
Siin bonaa goota keenya habtumuu addaan basaa dhugaa fi dharraa
@destamamo4895
@destamamo4895 5 лет назад
Dr,Abiyachiini Baaya guuda siijalaana jiiradhu♥♥♥♥♥♥♥
@sabbontuuorom5252
@sabbontuuorom5252 6 лет назад
Wow wow wow aboo galtomii bayye bayye namatii tolaa abeyyii kenyaa nufu jiradhuu
@daniman5599
@daniman5599 6 лет назад
Really amazing I luv my hero and also habte you done a real and fantastic thing keep it up
@makiyam6321
@makiyam6321 6 лет назад
Hileni aba biya ani yoo isin argu hin gamada galara ishala arsi shashmnee
@tibadiba4777
@tibadiba4777 6 лет назад
Galatoma Nuu Jiradhuu
@ArersaKebeda
@ArersaKebeda 12 дней назад
Wow jabadhaa.
@paulosbekana5521
@paulosbekana5521 6 лет назад
Baay`ee nama tola Ulfadhu Dr Abiyi si Degerraa
@luluvideochota0661
@luluvideochota0661 3 года назад
Waan isaa dhihessitef (arguu hin barbaduu dhagahus) dhifama naaf godhi ati ammo!!!!!!
@SamadeMohammed
@SamadeMohammed 2 месяца назад
Abyi baye baye waan garii dubbatiin
@malichadanko2476
@malichadanko2476 5 лет назад
THANK YOU HABTEE
@ابوفهدالعنزي-ج9ع
Aja'ibaa dhugaa ulfafhaa
@taherhasen8344
@taherhasen8344 3 года назад
Nuuf Rabbii jiraa woraa nuu midhufi imoo safuu nuu irraatti hojattanii fi hayyotta Oromo irratti hojatamma jiruu rabbii nii kalama
@hhalima2342
@hhalima2342 5 лет назад
mashaallalh mashaallalh bayye namattitolla yanii 👍👍👍
@abdiiabdurahaman2502
@abdiiabdurahaman2502 6 лет назад
I love dr Abiyii
@amintjemal8433
@amintjemal8433 6 лет назад
jabdhuu Rabbii sii biraa haa jirtu dr jalalaa
@kumeraetefa6951
@kumeraetefa6951 3 года назад
Gaafan jaqaba banu gara hintaanetti qideessita jedheen shakkee ture garuu bifa gaariin qindeessite galatoomi
@dessalegnayana6197
@dessalegnayana6197 5 лет назад
Baayyee fakkeesitaeetta hojii gaaridha.jabaadhu
@dasishuba4376
@dasishuba4376 6 лет назад
Goftani ko isini haa ebisu hara biyyuma keenya keesati hojene guddanati Maaqan dhuma ijole biyya ala ergani nuf dhabsisa lammi keenya biyya ba.e galu walaletu heddutu jirati malooooooooooooooo
@nuredinahmad6601
@nuredinahmad6601 6 лет назад
Dhugaa jetaniin Dr 💖💖💜💜👹💛💚💝💝💝👍💓💓💓💓
@ramiraminah2973
@ramiraminah2973 6 лет назад
Dhugaa duban kaa keti bayyee namatii tolltaa jabadhuu dhugaa
@charayeeabate7197
@charayeeabate7197 4 года назад
በጣም ደስ ብሎኛል ሀብትሽ የኔ አምበሳ ጀግና ቀጥልበት………………….
@TusaBariisoo
@TusaBariisoo 3 месяца назад
❤very good
@danifay7930
@danifay7930 5 лет назад
Nuuf jiraadhu DR baayye sijaalana
@aliyimumme4630
@aliyimumme4630 6 лет назад
Guddaa galatoomi Leenca keenya ,Obbo Haptaamuu Lamuu.
@fahmiroobe1698
@fahmiroobe1698 6 лет назад
Hedduu gaafiifi deebii baayyisee namatti toluudha barmoota hedduus muuxannoo hedduus namaaf laata haasaa hayyuu keenyaa yeroo hedduu irraa deddeebinee dhsggeessatuu wanna qabnuuf
@seenaaaasfaa1978
@seenaaaasfaa1978 5 лет назад
Bayee bbbb baredaa jabadhu
@mustefarago4161
@mustefarago4161 2 года назад
Bayyee gaariii jabadhuu
@hamideahmed469
@hamideahmed469 6 лет назад
Bay'een bay'een namati tolaa.Galatoomii Habite ............................................ JHHHHHHHHHHHHHK1
@yeroosiifhaadhistu6164
@yeroosiifhaadhistu6164 2 года назад
Hedduu gaaridha
@bareduuoromooasnaakuu7151
@bareduuoromooasnaakuu7151 6 лет назад
Bayyee namatti Tolaa jabadhuu👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
@nejatnejat1185
@nejatnejat1185 6 лет назад
Uuuuuuuuuuuuffffffffffffff umataa kijibduu akkanati hin kijibina rabbi sodadhaa aboo argaa keessaani seenaani dokri abiyii waani takka argee hin bekkuu anni 😷😖😖😞👹👹👹👺👺🙈🙉🙊👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👎👌🖎👀👅
@harmeetoonanyaade302
@harmeetoonanyaade302 6 лет назад
Baaye gaaridha Hujiin kee Qaanqe shoow
@HikaAshebir
@HikaAshebir Месяц назад
Jabaadhu Habtee
@almaz1160
@almaz1160 6 лет назад
We stand with Dr Abiy he is God messeng
@aahgf2330
@aahgf2330 4 года назад
.wwwwwe
@cabdibaasidhussein3189
@cabdibaasidhussein3189 5 лет назад
Wow wow I like this show
@ammartaju7578
@ammartaju7578 5 лет назад
Abiy my hero❤
@hasangersaahasan4835
@hasangersaahasan4835 5 лет назад
Dubin akamaa Dr abiyi kanaa bayee namtii tolaa
@millionabichu6177
@millionabichu6177 6 лет назад
Ebbifami baay'ee gaariidha
@ሰሚራኢብራሂም
@ሰሚራኢብራሂም 5 лет назад
Thank you
@Ali-sw7qb
@Ali-sw7qb 4 месяца назад
Saaree.waajiin.dubaata.habtaamu
@getedandena9997
@getedandena9997 5 лет назад
አብይ የፍቅር አባት ነው ሺ አመት ንገስ
@ofinbontuuintalaasalallee1101
@ofinbontuuintalaasalallee1101 5 лет назад
Bayeeeee namati tollaa ergaa gudaa qabaa habtamu jiradhuu
@adugnatesfaye
@adugnatesfaye 6 лет назад
Ergaa bareedaadha.
@wakogemeda
@wakogemeda 4 года назад
Ture ture ture garuu maal godha?
@ObsineetWakjiraa
@ObsineetWakjiraa 11 месяцев назад
❤❤❤❤❤habte
@yezhikudha6117
@yezhikudha6117 6 лет назад
wwwwowww bada namati tollaa jiradha galata guddaa qabidu
@GurraachaAfrikaa
@GurraachaAfrikaa 3 года назад
Yaa dur!
@sennaagalataa9645
@sennaagalataa9645 6 лет назад
Woww bayyee nattii toleraa dhugaa kkkk sittii haa toluu
@obsegashaw6950
@obsegashaw6950 3 года назад
Dr ABIY is our heroes