Тёмный

Galatoomi || Galgalo Wario || New Oromo Borana Gospel Song || Released On September 27/2024 

Galgalo Wario Official
Подписаться 235
Просмотров 338
50% 1

Ka Batee Nu Tisee
Aga Hardhaatti Asiin Nu Basee/×2/
Hin Jiruu Simalee /×4/ Hin Garee Simalee /×4/
Galatoomi /×8/
Eent Hardhaan Nu Ga'ee Simalee/×2/
Eent Hardhaan Nu Ga'ee Waaqa Malee
Eent Hardhaan Nu Ga'ee Goofta Malee
Atoo Siin Ta'inii Hardhaa Hin Dhaqabnuu
Guyyaa Hardhaa Kanaan Hin Baanuu
Atoo Siin Ta'inii Hardhaa Hin Dhaqabnuu
Guyyaa Dansaa Kanaan Hin Banuu
Nu Batee Nu Daadifte Kunoo Hardhaan Nu Getee
Nu Batee Nu Tirsitee Nama Hardhaa Nu Gotee
Eeddoo Tee Guddoo Nu Marsee Malee
Banee Galuun Waan Dhiqqoo Yoomi Tatee/×2/
Nagaan Banee Nagaan Galaa Waaqaa Dansaa Nu Suma Qabnaa
Nagaan Banee Nagaan Galaa Goofta Dansaa Nu Suma Qabnaa
Galatoomi /×8/
Eent Hardhaan Nu Ga'ee Simalee/×2/
Eent Hardhaan Nu Ga'ee Waaqa Malee
Eent Hardhaan Nu Ga'ee Goofta Malee
Atoo Siin Ta'inii Hardhaa Hin Dhaqabnuu
Guyyaa Hardhaa Kanaan Hin Baanuu
Atoo Siin Ta'inii Hardhaa Hin Dhaqabnuu
Guyyaa Dansaa Kanaan Hin Banuu
Nu Batee Nu Daadiftee Kunoo Hardhaan Nu Getee
Nu Batee Nu Tirsitee Nama Hardhaa Nu Gotee
Silaa Adoo Ati Gama Keenna Ta'u Batee
Silaa Adoo Ati Gama Keenna Ejuu Batee
Banee Turee Nyaatamnee
Banee Turee Liqimffamnee
Galatoomi /×8/

Опубликовано:

 

30 сен 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 11   
@adiguyo7536
@adiguyo7536 14 часов назад
Blessed my dear brother.....
@Missions_1
@Missions_1 3 дня назад
Eebbifami jaala ❤ powerful and my favorite song
@Dani_Dan01
@Dani_Dan01 2 дня назад
Wow 🎉..Favourite Song 🎵 of all time... To more grace ada Galge❤
@dikawariyo1320
@dikawariyo1320 3 дня назад
Eebbifami soden Baga waaqii guddaan irre sii ta'e ❤
@saladhuka130
@saladhuka130 День назад
It's Amazing Eebbifami ❤ Brother
@godanaguracha4242
@godanaguracha4242 3 дня назад
Ebifami faarsa,jabadhu
@johnisatu5772
@johnisatu5772 2 дня назад
Ameen ato si hintain ardha indhaqabnu yessoo galatoomi🙏🙏❤️❤️❤️ blessed Galge
@mihretdaudiofficial
@mihretdaudiofficial День назад
Powerful 🔥🔥Ebbifama❤
@galgalosam-id3um
@galgalosam-id3um 2 дня назад
Nice song
@galgalowarioofficial
@galgalowarioofficial День назад
Cuftii keessaan eebbifamaa isaan Jaaladhaa 🙏
@ebisaaragaofficial428
@ebisaaragaofficial428 2 дня назад
Ameeen eebbifami nama waaqa Faarsaa Galge❤❤❤
Далее
FATAL CHASE 😳 😳
00:19
Просмотров 1,5 млн
БЕЛКА ЗВОНИТ ДРУГУ#cat
00:20
Просмотров 626 тыс.
JUNIOR OKUMUGOBA MU KIKA BITABUSE, NTAMBI ALEESE OBUTAMBI
1:14:13