Тёмный

Gingilchaa 64ffaa: Shororkeessan Eenyu dha? 

Qaanqee Show
Подписаться 365 тыс.
Просмотров 54 тыс.
50% 1

Опубликовано:

 

23 окт 2024

Поделиться:

Ссылка:

Скачать:

Готовим ссылку...

Добавить в:

Мой плейлист
Посмотреть позже
Комментарии : 376   
@officialadamse1108
@officialadamse1108 3 года назад
Abiy Ahmed dhukuba gudaa biyaati kessuma cancer( kanseri) ummata Oromooti yaa rabbi dhukuba kana nuraa buqissi🤲 amiin Welcome Habtish thanks good job continue bro
@lattuoromiyaatube2467
@lattuoromiyaatube2467 3 года назад
YOOYYAA habtee koo 🤝♥️💚 Hubata nama nuuf jiraadhu sabbona Oromoo koo ❤️❤️❤️ Like 444 na dursa 🙆❤️💚❤️ jabaadha qaxalee keenya habtee haa jabeessinu Oromoo koo ❤️ Amoo koo Sanyii Koo ana haa nyaatu dhugaa nama dhukkuba nama gaddisisa yaa lammii Koo maali falii keenya Malli keenya dhugaa ani uumammuu kootu gaade wayyoo...haa faraduu kaa abbaan firdii😭😭😭😭😭😭😭😭☝️
@riadjemalrio2186
@riadjemalrio2186 3 года назад
Subscribe naf godhi
@amanyamany964
@amanyamany964 3 года назад
Jabaadhuu dhugaa jettaanii umrii dheeraadhuu Yaaa raabbii yaa allahaaa nuuf biraamadhuu 😭😭😭😭😭
@firiyyefirii4469
@firiyyefirii4469 3 года назад
Uuuuuufffffffff 😭😭😭😭 Ani suura mucaa kanaa yoon ilaaluu imimmaan ko qabachuu hin danda'uu dhugaa 😭😭😭😭😭😭 Miskiina ko Anaa nyaatuu😭😭😭😭😢😢😢
@yaasminintalaoromoo7670
@yaasminintalaoromoo7670 3 года назад
😭😭😭😭😭😭😢😢Dhiigini Qulqulun Abyin Haa Marachuu
@Agartu_media
@Agartu_media 3 года назад
😰😰
@jimmasokkorusokoru1497
@jimmasokkorusokoru1497 3 года назад
Dhugaa keetti sanyii keenyaa jiradhuu lenca oromoo jabadhuu 🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅💝💝💝💞💞💞💝💝🐅🐅🐅🐅
@abdigetachew7
@abdigetachew7 3 года назад
Namarartaam Dhugaa Habtee😊
@yaasminintalaoromoo7670
@yaasminintalaoromoo7670 3 года назад
Muca Abba Miskina You Tube Qabda Ada Heddu Si Jaalana
@MameTb
@MameTb 3 года назад
Bro ko matii naf tahii
@moishow2554
@moishow2554 3 года назад
Abiyiidha shororkeessaan kun gaaffii maal qaba Habtee koo Taayyees itti dabalii Hangaasa ibrahim(Abbaa rifeensaa jijjigaa sana)
@urjiisabaa4742
@urjiisabaa4742 3 года назад
Nu jiraadhu qaxalee sanyii kiyyaa🙏♥️♥️♥️♥️♥️💚♥️ Uuuuuuuuffff dhiiga kooo😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@rabiyaaalii8637
@rabiyaaalii8637 3 года назад
Well come Abtee keenya❤💚❤
@sadikofficialentertainment917
@sadikofficialentertainment917 3 года назад
Kaayyoof imalli kee dansaadha jabaadhu Rabbiin si haa tiksu baay'ee gorsite dhugatti Haabtee
@obsaabdella3347
@obsaabdella3347 3 года назад
Welcome habtemu lemu koo qaxalee keenya jajjabaadhu ❤❤❤❤❤❤❤👈
@malichahuka2760
@malichahuka2760 3 года назад
Jabbadhii ❤️❤️❤️❤️❤️💜❤️💜❤️💜 bakkumaa jirtuuti Naga nafii ta,ii
@dhalootaqubee430
@dhalootaqubee430 3 года назад
Ajeechaan Hacee irratti raawwate akka hin fayyinetti onnee nu madeesse kan mucaa kanaa ammoo dabaletaan badduu nu baase😭😭😭😭💔💔 maalo waaqa koo hanga yoomitti😭
@abrahambaqanna7554
@abrahambaqanna7554 3 года назад
dhugaam garuu oromorra dhalatee namni akkanti nama ajeesuu
@lominegese5348
@lominegese5348 3 года назад
Habtamu bayyee Nuuf galatomii Dhugaa kan akknati nufi gingillchu keeti ✅ Ufiiiii 😭😭😭😭
@amsams6831
@amsams6831 3 года назад
habtaamuu bay,ee galatoomiii qaxalee dhugaa dhugaankee hin badiin
@latuuoromoo237
@latuuoromoo237 3 года назад
Imimmaan lammii tiyyaa lafa hin buhiin😭😭😭☝️🙏😭
@faniyanasir3944
@faniyanasir3944 2 года назад
Ati warri abichuu jibbaaatan dhabama ta,a inshallah
@aanaashow2403
@aanaashow2403 3 года назад
Habtish Baay'ee Galatomi🙏 Jabaadha Ilmaan Oromo Gama Dandeesanin Hundaan Dhugaa Dubbadhaf
@bontuuoromoo8416
@bontuuoromoo8416 3 года назад
Garaatu nu gubate firaa koo 😭😭😭😭😭 Habtamu koo nuuf jiraadhu 💓♥️💚♥️
@safiyaasumayaa5649
@safiyaasumayaa5649 3 года назад
Uuuuuuuuuufffffff 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@ufitahiijiraadhu91
@ufitahiijiraadhu91 3 года назад
Gumma ilman oromo rabbii haa basuu
@yearsiiassalalij2668
@yearsiiassalalij2668 3 года назад
Anaa dhufuu qaxalee kenyaa💪💪💪❤️❤️❤️
@samiraatube3712
@samiraatube3712 3 года назад
WELCOME lecaa kenyaa
@safiyaamantube2071
@safiyaamantube2071 3 года назад
Bayyee galatoomi habtaamuu Jechi kee hunduu dhugaadha ilaala waan jiru Hamtuu rabbi sirraah Haqqani Haqni ni mooya.
@fahiiorotube4312
@fahiiorotube4312 3 года назад
Dhugaa keeti sanyii koo jabaadhu unmanni nu fiixufi deema
@safiyaamantube2071
@safiyaamantube2071 3 года назад
Dhugaa keeti Jabaadhu callaafi girdii addan baasi
@muna4149
@muna4149 3 года назад
Dhigiin qulquluu ijollee keenyaa #Abiy haa Qabbuu fullaa Waqayyoo itti😭😭😭
@waqayyoontikseekootisnaap3686
@waqayyoontikseekootisnaap3686 3 года назад
Wayyoo yaa kichuu koo waqayyoo dhigaa keef haa faraduu😭😭😭💔
@asterasefaw1415
@asterasefaw1415 3 года назад
ወንድሜ አማኑኤል ያንተሞት በእዉነት ልቤ ነው የተሰበረዉ ወንድሜ አንተስ ወደ ዘላለም እቤትህ ሄድህ ግን እናትና አባትህ እንዴት ሆነዉ ይሁን ወንድሜ ተቃጠልን ወንድሜ ነፍስህ ከአብርሃም እና ከይሳቅ ጎን በክብር ትረፍ ወንድሜ! !
@sofiyaare7637
@sofiyaare7637 3 года назад
Welcome jabadhu qaxalee koo ❤💚❤
@kaboshbaitcha9993
@kaboshbaitcha9993 3 года назад
☝️☝️☝️☝️☝️☝️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️☝️☝️☝️☝️☝️☝️🤲🤲🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙏🙏🤦‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️🤦‍♂️
@arsiitoo7120
@arsiitoo7120 3 года назад
Uuuuuuuuuuuuuu dutii mucaa kanaa namaa guubas
@madinaintalaxiqii5488
@madinaintalaxiqii5488 3 года назад
Habtee congratulations sirra bareede
@likitudinagde8995
@likitudinagde8995 3 года назад
Baga nagaadhan dhufte
@mm-xb6iu
@mm-xb6iu 3 года назад
Bàg nagaha dhufte habatmau leencaa Saba nuf jiradhu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💚❤💚
@shjeilcell2775
@shjeilcell2775 3 года назад
dhugaa Jirdhaa Jabdhaa hazshee
@edjigayehuayana1001
@edjigayehuayana1001 3 года назад
Galatomi Habtee 🙏🙏ati itti himteta yoo guraa qabaataniif.
@rokaynasalhab2355
@rokaynasalhab2355 3 года назад
Welcome hafte kenya
@kamal6879
@kamal6879 3 года назад
Hafte jabadhu jer
@biliqiseintalaarsiisanyiid6691
@biliqiseintalaarsiisanyiid6691 3 года назад
Uuuuuuuuffff yaa rabbii koo nu miladhu yaa allhaa ☝️☝️☝️😭😭😭🤲
@sofiyagenemo4433
@sofiyagenemo4433 3 года назад
Well.Come Habtamuu.keenyaa👍👍
@seemborak6238
@seemborak6238 3 года назад
Yaayyoo haftee keenyaa 🤣❤️🥰💘❣️🌳💙💚✅
@fireyoutube2604
@fireyoutube2604 3 года назад
Uuuuuuufffffff Malo namaa dhukubaa bayee biyaa kan bayeen jibee yaa.waqaayoo maloo gubanee😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@AbyatarSeyoum
@AbyatarSeyoum 3 года назад
Haa jabaannu hundi keeyna.
@DrHanii
@DrHanii 3 года назад
Walee Filanoon Hin Jiruu Ammaa Ga Dhisufii Oromoo Ko Simadhaa
@emabet7501
@emabet7501 3 года назад
Maal jirra nu fixa jiru 😭😭😭😭torbe darbe mana sadi ol nama baay'ee hajjeesani jimma kessatti gubane baar biyya itti dhalannetti jirachu dahabne maalo gubanne
@birhanebacha2267
@birhanebacha2267 3 года назад
Baga naga n dhufte
@رحيمهرحيمه-غ1ق
@رحيمهرحيمه-غ1ق 3 года назад
Bay'ee namaa gadisisaa wolahi 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@fatumahusein263
@fatumahusein263 3 года назад
Anaa haa dhufuu habtisha Keniya Jabadhu Jiradhuu galatommii 👍🙋‍♀️
@kiyanewayfekere8513
@kiyanewayfekere8513 3 года назад
akkaati natti toltuu habtee umrii dheeraa jiraadhu♥️
@falmetaahamed5082
@falmetaahamed5082 3 года назад
Baga nagaan nuu dhufte
@dejeneabdissa4272
@dejeneabdissa4272 3 года назад
Long life Abba Gingilchaa❤💔🌼🌺
@sifansifan5918
@sifansifan5918 3 года назад
Uuuuuuuuufeeee gubbane walhii yaa rabbii nuuf biramadhu kaa maloo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@megpanlican3056
@megpanlican3056 3 года назад
Waqaayyoo isiin haa rakiisuu akka isiin Sabba oromiyaa rakiisuu 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
@ashuanole6488
@ashuanole6488 3 года назад
Habtamu koo wayii mucaa Amanulee gochaa garaa jabinaa agessani senani dhigaa mucaa kana bayee naa gubee dhiroo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭gubane dhiroo nutu dhabini du ee bari
@MameTb
@MameTb 3 года назад
Brother koo matii naf tahii kashaxi kiyaa 💯💯
@asterasefaw1415
@asterasefaw1415 3 года назад
አይ democracy ወንድሞቻችን እህቶች እናቶቻችን አባቶች እያስለቀሳችሁ የጭካኔ ጥግ
@diribeedabalaa2302
@diribeedabalaa2302 3 года назад
Uuuuuuuffffff maloo yaa waqaayyoo Lammii koo 😢😢😢😢😢😢😭😭😭😭😭
@justfororomiya5338
@justfororomiya5338 3 года назад
Wlh gubane Yaa raabbii kaa nuf dirmadhu nujabesi.
@fikeg.3509
@fikeg.3509 3 года назад
Wel come qaxalee keenya habtee habtiyachin
@lominegese5348
@lominegese5348 3 года назад
Dhugaa keeti Haftamu gubane 😭😭😭 Waqayyoo haa arguu
@zainabtzainab8839
@zainabtzainab8839 3 года назад
Ana dhufu haftamu lamu qaxale kena ijole Madami ilke na godha hadha anatu dura lale na qafashisina
@shaashituucawaqaa6784
@shaashituucawaqaa6784 3 года назад
Nagaan nagaan dhuftee
@yigezubeyene4303
@yigezubeyene4303 3 года назад
Abiy iyyu afaan oromoo ni haasa'a
@abdallaaaliyyii1817
@abdallaaaliyyii1817 3 года назад
Nuuf jiraadhu goota Oromoo
@bachamulatu9617
@bachamulatu9617 3 года назад
Iminmmaan haadha deessee rabbi lafa hin buusiin.
@talilasi6519
@talilasi6519 3 года назад
Dhugaa bayyee garaa namaa gubbaa Waaqayyo haa dubatuu 😭😭😭😭😭
@sufetub4635
@sufetub4635 3 года назад
Waqayoo dhigaa isa haa basu😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@kiyaa88
@kiyaa88 3 года назад
bagaa nagaan dhuftee habtuu0
@wakeabule3141
@wakeabule3141 3 года назад
Welcome habte
@baraobsa8156
@baraobsa8156 3 года назад
Umir nuuf dheeraadhuu habte
@نصرةادريس
@نصرةادريس 3 года назад
Dhugaakedha Aftee nuf jiradhuu
@firomsatolasa1532
@firomsatolasa1532 3 года назад
Well com jabaa namaa
@dnkjesusislorddnk1130
@dnkjesusislorddnk1130 3 года назад
Ayyiiii baay'ee nama gaaddisisa waaqayyoo dhiigaa qulqullootaf haa falmuu😭😭😭😭😭
@jabajarso8674
@jabajarso8674 3 года назад
YOOYYAA Ammalle YOOYYAA!!!
@uaess9428
@uaess9428 3 года назад
Anaa nyaatu garaa nama guba maqaa rabbi yaa waaqayo maalo nutti hin callisin mee ati argi maalo mutimotota 😭😭😭☝️
@esahakabdulkadir2086
@esahakabdulkadir2086 3 года назад
Wel come brother haptish 💪🙏
@gadaavine4269
@gadaavine4269 3 года назад
Welcome amazing
@bilowk9169
@bilowk9169 3 года назад
Qaxalee❤️❤️
@foziioromoyutub6878
@foziioromoyutub6878 3 года назад
Uuuufffuu wayyoo wayyoo biyyi kooooo kabajaa dhawate guyyaa safan dhigii ilmaan oromoo siyya qabuu Abiyi saree
@sabontuushawa5999
@sabontuushawa5999 3 года назад
Waqanii itii yaa faraduu malii gonaa iyonee dadhabadanii😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@sharaftubesharaftube8797
@sharaftubesharaftube8797 3 года назад
Gingilchaa waa maraa nuuf jiraadhu
@mrymm5333
@mrymm5333 3 года назад
Baga nagaya dhuftee😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭oromoo koo
@temeremussa7833
@temeremussa7833 3 года назад
Horii bulii
@user-tq9qu2nh4g
@user-tq9qu2nh4g 3 года назад
Waallahi akkati mucaa kichuu kana ajjeessan garaa koo naa laalleesse rabbiin namicha zalimaa kana nurra haa kaasu
@sifansifan5918
@sifansifan5918 3 года назад
Wly dutii mucaa kaan bayee nama gadisisaa uuuuuuuuufeeee yaa rabbii kiyaa
@workineshdida4754
@workineshdida4754 3 года назад
Dhugaa dha malo gubadhee Ayiii Yaa lamii koo ...🖤🖤🖤🖤🖤🖤🖤💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@melkamuwaktola5472
@melkamuwaktola5472 3 года назад
Dhugaa jiru dubbatte jabaadhu H
@bareduusalaleesanyiitaddee1406
@bareduusalaleesanyiitaddee1406 3 года назад
Bayyee nama gubaa gochi mucaa kana irraatti rawwatame uuuff 😭😭😭😭😭😭😭
@Direcable1
@Direcable1 3 года назад
Aaaaaaaaaaaaaaaaaa Wayyaa wayyiqoo qabaa Quufaa Singing good qaba
@midayecimdesajesusislord8539
@midayecimdesajesusislord8539 3 года назад
Yaa waaqayoo dhigaa obolotaa koo laafatii hin kaatii yaa raabii dhugaa isaaanii faardii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😢😢😢😢😢 Anaa haa nyaatuu kichuu koo uuuuuufee garee koooooo maaloo
@efotube5489
@efotube5489 3 года назад
Awesome!
@جميلهجميله-ق1خ
@جميلهجميله-ق1خ 3 года назад
Gaaf haaceen woreegameen yaadadhe carraani Kenya Maaluma garuu
@addisaddis1440
@addisaddis1440 3 года назад
Ufffff dhugadhaa😭😭😭😭😭😭
@yearsiiassalalij2668
@yearsiiassalalij2668 3 года назад
Uuuuuuuuffff yaa oromoo koo garaa nugubatee
@hmzeabdi6595
@hmzeabdi6595 3 года назад
Jabadhu habte ko
@jaannu3189
@jaannu3189 3 года назад
😭😭😭😭😭😭
@legeseworku9010
@legeseworku9010 3 года назад
jiri takkumma barra 1986 mucca habtamu jeedhamuu akkaan ajeessan
@uumamahaaraa75
@uumamahaaraa75 3 года назад
nuuf jiraadhu Habtish
@amber-ik6nb
@amber-ik6nb 3 года назад
😭your right if they do this what they do to Oromo child if they do that to Tegray People's they new that Tegray People's will put them back were they come under ground to the toilet. They new that & they carry them by helicopter and wash there feet. 😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔but Oromo people do nothing when there child evrytime abuseed like this that's why 👉☝😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔 Thank you brother 🙏
@hawiieticha3312
@hawiieticha3312 3 года назад
Habtamu koo nuf jiraadhu dhugaa keti gubanne ☝️waqayoo dhigaa isa haa bassu☝️☝️😭😭😭😭😭😭
@abebetadese3964
@abebetadese3964 3 года назад
Habtamu baay'ee galatomii dhuuga oromo waan ummata adunyaati waan nuuf himtef
@habtamubarkessa6407
@habtamubarkessa6407 3 года назад
Baayyee nama gaddisiisa habtish galatoomi! waan godhamaa jiru keessa kan baayyee nama gaddidiisu oromoo oromoon cabsuutti jirama. Oromoon bor nama ol adeemaa akka hin qabaanne daguugamaa jira!
@seemborak6238
@seemborak6238 3 года назад
Uuuuuuuifffiiii onnee koo naa gubbatee kichuu koo😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭waaqayyoo haa dubbatuu ☝️
Далее
Gingilchaa 57ffaa Abbaan Hiriraa enyuu dha......?
28:45
I tricked MrBeast into giving me his channel
00:58
Просмотров 10 млн
Тупой и ещё тупее. (и поддоны)
00:37
Gingilchaa 67ffaa: "Amarikaan na hin Beektu"
35:20
Просмотров 97 тыс.
Gingilchaa 54ffaa
25:45
Просмотров 37 тыс.
I tricked MrBeast into giving me his channel
00:58
Просмотров 10 млн